Тёмный

Gingilchaa 70ffaa: Maati Obbo Abbuu fi Aartii Oromoo Joorji Abbu-Tirrii sirna aalaamaa 

Qaanqee Show
Подписаться 361 тыс.
Просмотров 109 тыс.
50% 1

Gingilchaa 70ffaa sirbaa Joorji Abbu-Tirrii sirna aalaamaa irratti

Опубликовано:

 

6 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 615   
@visionentertainment4507
@visionentertainment4507 3 года назад
Habtamu Lamu heeddu galatoomi wanti ati gootee kun waan guddaa dha ulfaadhu
@dagimuna9968
@dagimuna9968 3 года назад
Wowww wowww wowww nice ❤❤❤❤
@fozuu3ffaa84
@fozuu3ffaa84 3 года назад
Isinis Jabadhaa Bira Garu Hati Kena Esa Bade Aka Tasa Taye Sirba Kan Kesat Arge Jira Baga Naga Nuf Jirtan
@dagneamare9741
@dagneamare9741 3 года назад
vision nuf jabadha sinjalana
@balisayusuuf4334
@balisayusuuf4334 3 года назад
Jabadhaa
@hawagali8140
@hawagali8140 3 года назад
😘😘😘❤💚❤isinilee galatomaa😍
@sakinasakina1987
@sakinasakina1987 3 года назад
Me namni akka koo habtishin jaalatan like godhaa💓💗
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Mati naa ta.i
@jallataasabaaoromoo8632
@jallataasabaaoromoo8632 3 года назад
aniakumakenabosajirayondhugadubachudhaf
@hawabonaa
@hawabonaa 3 года назад
wow............. George and Yanet both have amaxing talent and very clea and power full voice he is aking of stage and I excited by Yanet unique voice really .
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
Maatii naaf ta.ii saanyii koo
@gifdyhitughfo4516
@gifdyhitughfo4516 3 года назад
Ijoolee swuditif saagale tayaafi rabbi hedhaati😭😭😭
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Matii naf tahii
@duudhaaentertainment2952
@duudhaaentertainment2952 3 года назад
Mal ta'aan Lataa Sanyiito
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@duudhaaentertainment2952 maatii Naafii taii
@bayiseyoutube7462
@bayiseyoutube7462 3 года назад
Habtee koo jabakoo girrisakee bayye si jallanna atis nu jallatamite habtish❤️❤️❤️
@madinaayano8863
@madinaayano8863 3 года назад
Naa jiraadhu sanyii girrisaa oromattuti koo💕💕💕
@bayiseyoutube7462
@bayiseyoutube7462 3 года назад
@@madinaayano8863 galatomi ❤️❤️❤️❤️
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@madinaayano8863 maatii Naafii taii
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@bayiseyoutube7462 maatii Naafii taii
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 3 года назад
YOOYYAA Habtisha koo 🤝♥️💚♥️ Dhugaa jettee sanyii koo ♥️💚♥️ Nuuf haa jiratani umurii dheera gatiin dadhabii keessani bilisummaa haa ta'uu sanyiiwaan Koo ❤️💚❤️✊😢
@beyenanemomsa7061
@beyenanemomsa7061 3 года назад
❤💚❤🛬🛬✈✈🛩🛩❤💚❤ Habtisha nuuf jiradhuu lencaa koo
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@beyenanemomsa7061 maatii Naafii taii
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад
Nama ofumaa of jaaju sii malee hin agaree habtish kkkkkk 🤣🤣🤣🤣naa sobee moo dhugumaatu qaxalee keenya atti abbaa gingilchaa ❤️❤️❤️❤️❤️
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Matii naf tahii
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@MameTb maatii Naafii taii
@ifrahabbastube2361
@ifrahabbastube2361 3 года назад
Wow 👏 😮 👏 yannet dinqu ishenis jaartii joorjiiti😍😍😍😍😍😍😍😍😍💪💪💪💪💪💪💪💪👏👏👏👏👏👏👏
@shukriyamuhamud3230
@shukriyamuhamud3230 3 года назад
Habtee🥰 atti ilma oromo tahu keef heddu ittin bonna galatomi. artistoota kenyya kan nutii hin beyne wajin wal nu barsisuu ketif galata gudda qabda. Much love bro🌷
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyiikoo
@tadessemekonnen3149
@tadessemekonnen3149 3 года назад
Nuuf buli,nuuf jiraadhu Haptamu Lamu!!! Baayyee si jaallanna,baayyee si kabajna ulfaadhu jabaa keenya!!!💖💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝💝💝💝
@turiabu
@turiabu 3 года назад
Ee, Baale maqaa godinaati, Arsii lameenii fi Baales Arsiidha. Sirreessuu keetiif galatoomi. Akkuma ati jetti mirgaanis bitaanis aadaadhuma Oromooti martuu.
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kotuu matii naf tahii
@lensagammada3364
@lensagammada3364 3 года назад
Ee, hunduu Arsii dha. Laftii Baalee fi Diida'a (Arsii baha fi lixxa) jedhamaa.
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@lensagammada3364 maatii Naafii taii
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@MameTb maatii Naafii taii
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች 3 года назад
Habtus atilen heduu galatomi jababa ofii nutilen siin jalana ilman walloo oromuman badhasa rabin nuqodee jabbaa kena ijole walaga seni ebisa aduna ሀብቱሽ ቃላት የለኝም አተን ለመግለጽ ባጭሩ Thinks good i Love you 💯 💝🙏
@fayeramakobili8604
@fayeramakobili8604 3 года назад
Jeneraal Abbaa Cabsaa 2ffaa siin jedhuu laata? Dhugaa dubbachuuf ofitti amanamummaan kee na boonsa, nuuf jiraadhu ibboo!❤💚❤
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyii
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@mucajalaa8463 maatii nafi taii
@SelinaYesabi
@SelinaYesabi 3 года назад
He did an amazing reggae hits, nuff respect one step ahead, he nailed with the addaa and style.Music run from the family. This family deserve the crediit ...
@tawetube3279
@tawetube3279 3 года назад
Maatii nataa ii.lubuko ❤❤💚❤❤❤❤
@madinaayano8863
@madinaayano8863 3 года назад
Galatoomii my best Oromo artists habtamuu bagaa kenaa tattee nuu jiraadhu👍❤❤❤❤
@genet2447
@genet2447 3 года назад
የኦሮሞ ፍቅር የሲለቂሳለ ምኪናቱ ሀገር ነው ሀታሙ በጣሚ ለኦሮሞ ያለህ ፍቅር 😭ሳላደቅ አላልፈሚ❤❤❤❤❤❤
@sham55bontuu31
@sham55bontuu31 3 года назад
❤💚❤ wel come abbaa gingilchaa 😍😍 😭😭 Habtichaa kee kiyya badhadha ni dhukubaa hin jedhina mee waa irraa dubbadhu
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyiikoo
@ameenabe5666
@ameenabe5666 3 года назад
Atuu galaatoom Habtee osoo akkanaa wal beekisiisnee attiin oromoo ni guddaata si galteertii dubbiin viva habte
@yomiemiru7313
@yomiemiru7313 3 года назад
Dhugaadha Habtish Maatii Sabboonoo Oromummaa akkaan jaallatanidha. Kana qofaa miti quxisuun joorji Shubbisaa cimaadha. Quxisuu isaanii kan biraanis dorgommii daddaraaroo irratti nama performance ajaa'ibaa agarsiisedha
@rajimilkessa7298
@rajimilkessa7298 3 года назад
Habtish ani hojii ke hundaa hordofan jira dhugaa bayye garidha.jabadhu sin jecha wanan sitti imadhun qaba.pls hamma sif dandahametti.maqaa gandaa warri opdo oromoo akka qircatti irte nu kesse hin fayadamin.fkn walaga shawa arsi bale gujii dhisi.aks jedhi lixa oromiya giddu gala oromya kibba oromiyaa kabaa oromiyaa.sif gala jedhen yaada jabadhu
@dharfiathyo6869
@dharfiathyo6869 3 года назад
Galatomi habtish keenyaa Atis arti oromia jajabessuu. Iraati hala Garin tabachaa jirtaa jabadhuu jabessii❤️
@yearsiiassalalij2668
@yearsiiassalalij2668 3 года назад
Dhugaa matii tahuu isaniyuu harumaa baree namotaa bayyee dinqisifadha ❤️❤️❤️❤️💞💞💞
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyii koo
@ifrahabbastube2361
@ifrahabbastube2361 3 года назад
Wow caala abbu har'a arge har'a dhagahes💪💪💪💪💪💪🥰🥰😁😁😁😁👍👍👍👍👍👍🥰🥰🥰🥰
@kamiilaamuhammad3630
@kamiilaamuhammad3630 3 года назад
Dhugaa Keetii Galaatoomii Lecnaa Koo Nuuf Jiraadhuu 😭😭😭❤❤❤
@madina7652
@madina7652 3 года назад
Dhugaa keti gotaa lecaajirdhuu💞💞💞💕💝💝💘💘💘💘💝💖💖💝💝💝💝💝💝💖💖💖❤❤
@sultanamano8420
@sultanamano8420 3 года назад
Habtaamuu Baayyee Galatoomi Garuu anis miira waan galeef baayyee barreessuu hin dandeenye yeroo akkanatti artistoota keenyatti hamilee gootu baayyee natti tolaa ammas irra deebi'een guddaa galatoomi siin jedhaa nuuf jiraadhu. suuraaan Haacee si duubaan muldhatu sun yeroo hundaa garaa koo na raasa diina keenya immoo akkasuma garaa guba waan ta'eef itti fufi sanyii koo Oromiyaa irraan siif barreesse.
@abrahamtagasu6372
@abrahamtagasu6372 2 года назад
ati oromoof jiraadhuu
@artistdawejafar756
@artistdawejafar756 3 года назад
Me Habte ko ijoollee sauditif sagalee ta'if me yeroo tokko.😭😭
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyiikoo
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@mucajalaa8463 maatii nafi taii
@natnaeltariku4291
@natnaeltariku4291 3 года назад
Hojii kee caalaa, quuqamaa fi miira aartii si keessaa calaqqisutu hedduu na raaje! Qaalii namaa nuu jabaadhu! 🙏Respect U!
@makiyas2881
@makiyas2881 3 года назад
Haftee bayee galtomii umrii kee nuu haa dheratuu jabadhuu
@azamjimma78
@azamjimma78 3 года назад
Habtaamu, baay'ee galatoomi abboo. Nubashannansiisaa nu barsiifte.
@roqy1234
@roqy1234 3 года назад
haftishaa kenyaa akkanaa itti sii dinqisifadhuu fi sii jaaladhuu lencaa bilxiginnaa fi harkaa hin lanee 💪💪nuuf bullii yomiyuu akkaa bilxiginnaa sii bojinnee abdii qabaa kormaa kiyyaa 😍🥰
@ayatiayaati4473
@ayatiayaati4473 3 года назад
Jabadhuu oromttichaa wallagaa habtamuu lamuu jabadhuu
@jireenyaaabdetaa4110
@jireenyaaabdetaa4110 3 года назад
Habtish Ati Jorjiin Maraataako jettee faarsite. Eeyyen maraataakeenyadha dhuguma ittiin boonna! kankeemmoo hincaaluure Leencako Maraataa dhiiraa! Hedduu Hedduu Siin boonna Habteeko.
@HussienKedirUmer
@HussienKedirUmer 9 месяцев назад
Aadaan Aadaa Arsii jedhama malee Aadaa Baalee hin jedhamu maaliif Baaleen lafa Arsiin Namas lafas kanaaf namni Arsiifi Baale keessa jiraatu Sikkoo-Mandoo(Arsii) jedhama.
@juharibrahim3911
@juharibrahim3911 3 года назад
umuri dheeradhuu Hafattee ija,a dinarra saqabbuu biyyakkeerati kabbaja argadhuu dhiiroo
@gosamegersaberake7477
@gosamegersaberake7477 Год назад
Akkuma ati jettee habtish, Jorji Abbuu artidhan alattiis nama guddaadha.Waan harkaa qabu hunda namaaf kennee inni harka qullaa galuu danda'aa.Proud of you bro George!
@abulensa5776
@abulensa5776 3 года назад
Shukrii jamaal nuuf gingilchi please
@AhmedMohammed-nf3fn
@AhmedMohammed-nf3fn 3 года назад
Jabaadhu si jaalanna Mee waa'ee biqiluu rifeensa kee kana nuu gingilchi
@ifrahabbastube2361
@ifrahabbastube2361 3 года назад
Hikkkkkkk dhuga keetii wollah ani duran molu ta'u isatin beeka amma woyta dursa argu qamar yusuf se'a 😁😁
@adamtibo2257
@adamtibo2257 3 года назад
eeyyan Aarsaa heddu booda afaanii fi aartiin keenna as gahe. Galatoomi atis Habtaamuu.
@mariamatyope2908
@mariamatyope2908 3 года назад
የምያማምር ድምጽ አላቸው ዘፈኖቻቸውም ያበደ ነው ሴቶች ሴቶች ብቻ ቢጠቂስ ያኔት ድንቁ ሐዊ ቀነኒ ፋዮ ሞቲእ ቡሺሪያ ዋርቴ ፉሪ ወዘተ አቤት ስወዳቺሁ
@wesanefilm8389
@wesanefilm8389 3 года назад
joorji sirbissa bayye bareeda sirbittu oromo kessa wellisa bayye bestidha i love him jabadhu ittin nun jedhi habtsh
@waadaadhaloota
@waadaadhaloota 3 года назад
obboo Habtamu lamu guddaa guddaa galatommii carra akkana kana sii yaa baruu dhugaa yoon dubbadhee ati dhugummaa nama aarti oromoo guddisuuf gad bateedhaa wantin jedhuu yoo jiratee ulfaadhuu
@muluubiranu1776
@muluubiranu1776 3 года назад
Yeroo mara naaf mijachuu waan hin dandeenyef malee bar weellisaa Haabtaamuu sagantaa ati dabarsitu mara dhageeffachuun fedha, baayyeen waan baayyee irraa baradhas, jabaadhu jabaa keenya!
@SarahSarah-sg3sx
@SarahSarah-sg3sx 3 года назад
Mee ujolee suditti sagalee tahaa mee rabbii jedhaa lammin keenya alfii kesatile inuma midhamu rabbin nura haa kasu malee
@projectanalyser9588
@projectanalyser9588 3 года назад
Jabaa koo jabadhu.
@foziioromoyutub6878
@foziioromoyutub6878 3 года назад
Wow obbolesa too bayye galatomi namnni akka tiyya jalatan ykn You tob hordufatan like 👍itti robsaa ❤💚❤👌
@kwtajjs1262
@kwtajjs1262 3 года назад
Dhugaa bayee namaa bonsitaan hundii keessanuu💔💔💔💔💕💕💓💓💔💔💘💘💘💘👍
@Maccaatb9738
@Maccaatb9738 3 года назад
Nuuf jiraadhuu habtamu yeroo hundayyuu hojiin kee baay'ee nama boonsaa ❤️💚❤️
@TamiratTamirat-ee1yz
@TamiratTamirat-ee1yz 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤fayyisaa and Galoo
@EbisaGedoo
@EbisaGedoo 5 месяцев назад
Thank you very much
@husseinaman3749
@husseinaman3749 3 года назад
Habtamuu + Joorji + Caala = Diversity in Oromo Unity. Thank you!!.
@bontuhailu7972
@bontuhailu7972 3 года назад
Wow wow bayyee sagalee bareedaa qaba galatoom qaxalee kenyaa Jeneraal Habtaamuu Lamuu
@bintislam4750
@bintislam4750 3 года назад
Nuf jiradhuu tokkichaa qixxee Kuma 🙏💓💓💓💓
@kindebuli3098
@kindebuli3098 3 года назад
Dhugaa dubbachuuf tanaan ammayuu nu hafa kanafuu nu barsisuu yala warraa hubbannoo hin qabneef jabbadhuu Janarali!
@user-Abegimbi
@user-Abegimbi 3 года назад
Sirbaa caalaa Abbuu" Kaarruu Bargoo "waw baayyeen jaalladha
@haromderessa6639
@haromderessa6639 2 года назад
waan jabaa! eebbifami qaxaleeko.
@ummuumubaarektube3955
@ummuumubaarektube3955 3 года назад
Goone jirra Dhugaa keetii
@orostar7396
@orostar7396 3 года назад
General Jecha ittiin sigalateeffadhun dhabee galatoomi ♥️💚♥️💪
@romansanyiihacaaluu5985
@romansanyiihacaaluu5985 3 года назад
Aartiin oromoo akkasitti guddate gaafan argu gammadullee haccceen guyyatti kana osoo hin argiin nu jalaa du 'uusaatu na guba gaafan sirba haaraa bahe ilaaluu isumatu fuldura koo na dhaabbatee imimmaan na dursa uuuffff kan isaa yoo itti dhiisanis naman dhiisu yoomuma akkan isa obsu anaafuu gaafiidha
@mesretmokonn7351
@mesretmokonn7351 3 года назад
Maal goodhaan miti way haacee koo❤
@kwtajjs1262
@kwtajjs1262 3 года назад
Wowwwwwwwaaa bayee namatti tolaa sirbaa Addaa Arsii koo.👍👍👍👍💕💓💓💔💘💘💘💘💘
@LalistuTofik
@LalistuTofik 3 года назад
Aboo Attu horii bulii deeban galata qabda ❤💚❤ ... Habte dhugaa keeti Jorjii dhuguman onnee irra sirba jilaan deema na jiraadha
@naolgetachew7111
@naolgetachew7111 3 года назад
Habtaamuu Lamuu hojii bareedaa hojjechaa jirta. Jabaadhu!!!!
@momihusen2015
@momihusen2015 3 года назад
Ijjoolee mana hidha Saudi Arabia keessati dararama jiranif sagale ta'afi please 🙏
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 года назад
maatii naaf ta.ii saanyii koo
@adisrago7080
@adisrago7080 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤ nuf jiradha
@hamzioromoo3362
@hamzioromoo3362 3 года назад
Dhugaa joorji mucaa qawxii woyiti 🔥🔥🔥
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kashaxi tiya atis dafii kotuu matii naf tahii
@husientiba1376
@husientiba1376 2 года назад
Habte 10q👌🙏 ,jorje is unique but i don't know why he's afraid medias, Pls jorje welcome to d/t way,,,u're good,at singing, specially introducing reggae as oromos culture🙏👌 we love all oromo musician🙏
@chalilamessa1664
@chalilamessa1664 3 года назад
Oromo art is booming
@seidwallo4183
@seidwallo4183 3 года назад
haftee namaa bayee wandarbee namaa yadacistaa dhugaa namaa samuu qabuu atii
@sumeebichaa5255
@sumeebichaa5255 3 года назад
Dhugaa Ketii walahiii bayeee namaa gamchisaa adaa hunduuu Arsii koo💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@abdigetachew7
@abdigetachew7 3 года назад
😊
@semredinosman1949
@semredinosman1949 3 года назад
Habtamu atis hedduu Galatoom.seenaa artii Oromo keessaatti iddoo guddaa qabda
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Semredin mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@semredinosman1949
@semredinosman1949 3 года назад
@@monetijalala6104 Dhiifam sin beekne.
@semredinosman1949
@semredinosman1949 3 года назад
@@monetijalala6104 wal baruun hin dursuuyii
@zakirtube5271
@zakirtube5271 3 года назад
Habtish atoo eenyumaatu si gingilcha dhiiroo
@afanoromosonglyric2873
@afanoromosonglyric2873 3 года назад
Habtaamuu koo waa'een rifeensa keetii nuuf galuu dideem guddina isaatu nutti muldhachuu dideem
@fuadkamal592
@fuadkamal592 3 года назад
Galatomii siireesu ketiff You are the best 👌
@uaess9428
@uaess9428 3 года назад
Dhugaa jette haabtee akka salphaati har'a hin geenye duraan reediyoo cabsa jidhu har'a addunyaa guututu riyaakshini irra hojata ani gaafu inuman boha dhugaa 😭😭😭 kalessuma ganama hacee itti dhabne kinoo ahaaaaa ici
@Gezayeinatu
@Gezayeinatu 3 года назад
Jabadhuu Haftee Nuu Jiradhuu Kaa Dinatii lalaa Kenaa Kenaa Dhifnaa
@danbalshow9941
@danbalshow9941 3 года назад
Habtee dhugaa keeti maatiin obboo abbuu hundii isaani akkuma atin jettee maatii aartiiti! Kan si dhibuu ijoollee shubbisaa jira san keessas tokko obboleessaa joorjiiti akkasumas ammas kan obboleessi isaa fuudhu takka kophaa ishii sirbas qabachuu baattu sirba hedduu keessa jala qabdu turtee.
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv 11 месяцев назад
Habta kana jirahdu❤❤❤
@sadqaasim5487
@sadqaasim5487 3 года назад
Galatoomi caalaa abbuu oboleesa jorjii abbu ta.u amma dhagahu ko
@maritualemu2922
@maritualemu2922 3 года назад
Habmtuu garaa nuu borayee gamachuu haraa gadaa kaleefi hagaa harati arsaa kakalatu nuu kesaa jira 😭😭😭😭😭💔💔💔💔
@sifsintube5182
@sifsintube5182 3 года назад
Baayyee walfakkaatu joorjii wajjiin habto qaxalee keenyaa nu jiraadha Waa hin dhiibuu waa jirti kkkk
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Sifsin mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞💔
@muna24tube66
@muna24tube66 3 года назад
Qaaqee SHOW bayeeeeeee si jalnaa 😍😍
@temesgenworku7371
@temesgenworku7371 3 года назад
Habtee baayy'ee waan gaarii dhiheesitee. Galatoomi.
@Lookoomedia1
@Lookoomedia1 3 года назад
HAFTEE KOO HOJII ATI DALAGAA JIRTUU BAAYYEE NAMA BOONSA GALATOOMI JABAADHU GARUU YEROO DHIYOOTTI XIINXALAAMUUN KES HIN HAFU ATIS
@ahmuqasim7540
@ahmuqasim7540 3 года назад
Educational and entertaining program. keep it up.
@reedrsd4077
@reedrsd4077 3 года назад
me habfte ijolle Saudi kessati rakkata jirtuf sagalee ta'i
@reedrsd4077
@reedrsd4077 3 года назад
Garu dhifama wan tokkon sira dhabe malif calaa dagaa hin jajabesitu walistotaa kessa
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
@@reedrsd4077 maatii Naafii taii
@reedrsd4077
@reedrsd4077 3 года назад
@@tigistishawatube9225 sif ta'hera oromtiti
@Abdulkarim-e8p
@Abdulkarim-e8p 7 месяцев назад
Good arsiiko🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@ofiniboontuusikoomandoo7521
@ofiniboontuusikoomandoo7521 3 года назад
Habtee Ati sabskrap miti utuu badhaasaa Adaayuu siibadhaasani nama hin mararuu sii jabeefana Ati hayuuu keenyaa dhugaa jabaadhuu jabaa keenyaa 💚❤💚🙏
@user-ky4zk7jc5o
@user-ky4zk7jc5o 3 года назад
Dhugadha😍
@wesanefilm8389
@wesanefilm8389 3 года назад
wayyan inni uffattelle bayye sirbichaf style isa duuka deema
@shagawallo8664
@shagawallo8664 3 года назад
Dhuga dubbatuuf nama jaju hin bennu wantta inni qabu yoo jajaan hin hammatuu Artistota keenya nama isaan jaju hin qaban kanafi mullatuu didan
@abebaararsa8171
@abebaararsa8171 3 года назад
Waaawww qaxalee keenya baga nagaan dhuftee bay'ee namatti tolaa jabaadhu
@Gezayeinatu
@Gezayeinatu 3 года назад
hojii Garii Hojatataa Jabadhuu
@obsaabdella3347
@obsaabdella3347 3 года назад
Welcome come habtemu lemu koo baay'een sijaaladha ❤❤❤👈
@elsayfayisaoromiya6989
@elsayfayisaoromiya6989 3 года назад
Maati naaf ta'i
@sakinasakina1987
@sakinasakina1987 3 года назад
Jabaadhu habtish nuti Warri waanyoo namaa hin qabne si bira jirra lenca Kenya.
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Sakina mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
@hasnihashim6809
@hasnihashim6809 3 года назад
sagalee Bayee Baredaa Qabaa
@fiinxeeoromoo21fiinxeeorom82
@fiinxeeoromoo21fiinxeeorom82 3 года назад
Dubadhuu dhugaa ketii ya saenyii tiiyaa
@abduhassen590
@abduhassen590 3 года назад
Habtee jabaadhu Umriin kee akka rifeensa kee haa biqilu😁😆😆
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-I1WkMdUOjro.html
@abrehamgelan3919
@abrehamgelan3919 3 года назад
Guyyaa tokko akka itti subscrbed goodhan baarsisii ummanii keenyaaa caal jeedhetumaa bilbilaa baate deema hin beeku Habte koo❤❤❤❤ jaabadhu
@tigistishawatube9225
@tigistishawatube9225 3 года назад
Maatii Naafii tai
@makiyas2881
@makiyas2881 3 года назад
Habtee Abshrii homaa mitii saanyii kiyaa obsii dhugaa keeti maali gonaa Rabbiin bakaani nuu haa gayuu
@azizaatiyaa4736
@azizaatiyaa4736 3 года назад
Habitishi Sagaalee ujolee sodii Arbiyaa jiraan Sagaalee tifii takkaa
@waltejitola3337
@waltejitola3337 3 года назад
Habtuu qaxalee koo Jenerala kenya 👊👌💔💚💔
Далее
Joorji Abbuu- Dafi Mee - (Official video)
4:39
Просмотров 314 тыс.
Joorji Abbu -Irra Marsi Reaction video
10:54
Просмотров 14 тыс.
Qophii yeroo jaalalaa OBN irratti jaalala Halaalaa
26:05
"Waan hundi yeroo qaba" Siinboonee Hangaasaa
19:45
Просмотров 74 тыс.