Тёмный

"Haadha cimtuu ta'uuf obsa qabaachuu qabda!" /Aadde Wubaayyoo Galaalcha(Haadha Dr.Gammachiis Dastaa) 

MO'AA TV
Подписаться 191 тыс.
Просмотров 7 тыс.
50% 1

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Опубликовано:

 

7 июл 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 39   
@tsehaygebremariam7966
@tsehaygebremariam7966 12 дней назад
Waqaayoo umuri dheraa faayaa waliin sifi haa laatu. Love you Wubayoo.
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f 13 дней назад
Bayee nama waqayoo ebisee ❤❤❤❤ooh umuriii dheraa isinifii hawaa🤲🙌🙌🙌🙌
@Gient2023
@Gient2023 8 дней назад
Waaqayyoo jireenyaa keessaan haa eebbisuu❤❤❤❤❤❤
@muletahirko6796
@muletahirko6796 17 дней назад
Waqayyoo Ammallee Baraf jireenya isaanii haa Eebbisuu
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f 13 дней назад
❤❤waw🥰🥰🥰
@gosashibe021
@gosashibe021 21 день назад
Harmee cimtuu fi jaboodha isin,haadha gootaa waaqayyoon umrii keessan nuuf yaa dheeressu😍🙏
@user-ld2hl9oj6q
@user-ld2hl9oj6q 18 дней назад
Waqaayo isiin haa ebbiisu ebbiifama gaaru isiin naa hin beektan maale naafi akookoti dhugaa waqaayo
@escalberou5077
@escalberou5077 17 дней назад
AmeebbbbmA❤❤❤❤❤
@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord
@GeexeeJifaaraaIloveJesusmylord 21 день назад
Waaqayyoo isini haa ebbisuu Harmee Ogeetii dha isini Umurii dheeraa jiraadhaa ❤❤❤
@dadyttoodedee2229
@dadyttoodedee2229 21 день назад
Bay,ee dinqidhaa!!! Waa hedduun jirnyaakoo boriif isiin irraa baradhee harmee nuuf jiradhaa umuurii dhertuu❤❤❤
@gutatatilahun4400
@gutatatilahun4400 20 дней назад
Waaqayyo isin haa eebbisuu! umurii dheeradhaaa,Namni qajeelaan dulluma keessayyu ija godhata.
@zewudituayele9064
@zewudituayele9064 21 день назад
Eebifama waaqayyoo isin haa eebbisu 🎉🎉🎉🎉🎉
@alialali197
@alialali197 21 день назад
Wow Umurii Dheera Waaqayyoo Isinifi haa laatuu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@elsatube9804
@elsatube9804 17 дней назад
Hadhaa cimmtuu❤❤❤
@marituwakshum2925
@marituwakshum2925 18 дней назад
Baga nagaan gara maatiiti dhuftan ittiiyyee woubaayyoo wow.
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 11 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤
@user-vl5bk2om7s
@user-vl5bk2om7s 20 дней назад
Waqaayyo Uruuri kessaan nuuf haa dhereesu Harmee 🙏🙏
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 19 дней назад
@useruseruser4931
@useruseruser4931 20 дней назад
Ebbifamaa Ebbifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@daditumosissa5465
@daditumosissa5465 21 день назад
Seena bayyee namaa barsiisu nama jajabeesudha bayyee ulfadha hadha Gammachis waaqayyoo umuri keessan haa dheeresu seenan keessan akkuma jeetan dubartitti ishee oogretti walin wal fakkata Eebbifama
@alaminfinix
@alaminfinix 17 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@bekelcheetemesgen5906
@bekelcheetemesgen5906 19 дней назад
❤❤❤❤❤🎉
@kingcell4953
@kingcell4953 21 день назад
Umuryii deraa jierdaa amle wakyio esinabsuu harme ❤
@almazmossissa7673
@almazmossissa7673 21 день назад
Ettiyyee wubayehu isin arguu kotiif waaqayyoon guddaan galateeffadha. Baga jiraattan Nagaan waagayyoo isiniif haa bayyatu. Barsiiftu Almaz
@user-jh3cj3nj3v
@user-jh3cj3nj3v 20 дней назад
Ebbiffammaa ❤❤❤
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 20 дней назад
Wwwowwo dhugaa waan addatii ogeetikoo haarmee umurii nufdheraadhaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘😘😘😘🙏🙏🙏🙏💔💔💔💔✅✅✅✅✅✅✅✅✅
@kingcell4953
@kingcell4953 21 день назад
ameeen wkyio esnabsuu
@user-dm4eb7cr4g
@user-dm4eb7cr4g 21 день назад
Wowww mamaa keenyaa
@kayobabufufa2094
@kayobabufufa2094 21 день назад
Nuuf haa jiraatan Waaqayyo fayyaa isaaniif haa kennu. Haadha jabduudha, Fakkeenyaa fi barumsa guddaa irraa fudhanne>
@meseretgurmessa3351
@meseretgurmessa3351 19 дней назад
Issin Chara gari qabidu gofitan Eyesus dadhbi kessan hinbalesine Hardha dr gamachsi c
@RahelDane
@RahelDane 21 день назад
Eebbifama 🥰❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@woinituestifanos5293
@woinituestifanos5293 17 дней назад
Waqayyo isin haaebissu! Dhugadhaa biya kana dalagatee jirachun salphadha.
@kingcell4953
@kingcell4953 21 день назад
Harme chimtuu chimaa desee❤ wooow grat famile
@essraaessraa8380
@essraaessraa8380 18 дней назад
Uf akkam namatti toluu ammalle jiraadha harme jabduu nama
@tsehaygebremariam7966
@tsehaygebremariam7966 12 дней назад
Seenaa barumsaa naamaa laatu seenaa baareedaa.
@tsehaygebremariam7966
@tsehaygebremariam7966 12 дней назад
Gaalaatoomi Habtamu
@derejebodena8770
@derejebodena8770 21 день назад
eebbiikessan nurra haa bulu
@lenssaolana1486
@lenssaolana1486 21 день назад
oblet qesidahi ??
@dammeenaggasuu1679
@dammeenaggasuu1679 19 дней назад
𝙬𝙖𝙖𝙦𝙖𝙮𝙮𝙤𝙤 𝙗𝙖𝙧𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣 𝙝𝙖𝙛𝙚𝙚 𝙞𝙨𝙞𝙛 𝙝𝙖𝙖 𝙚𝙗𝙞𝙨𝙪𝙪 𝙖𝙧𝙢𝙚𝙚 𝙘𝙞𝙢𝙩𝙪𝙪 𝙖𝙠𝙠𝙖𝙣𝙖 𝙬𝙖𝙜𝙖𝙖 𝙠𝙪𝙢𝙖 𝙠𝙪𝙢𝙖𝙩𝙖𝙢𝙖 𝙟𝙞𝙧𝙖𝙙𝙝𝙖🥰🥰🥰
Далее
Наше обычное утро 💕
00:42
Просмотров 1,5 млн
HUMNA KAROORAA | MO'AA TV
34:54
Просмотров 46 тыс.
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Просмотров 22 тыс.
Anaaf Du'a Gidduutti taaakkuun tokko hafen du'a oole!
46:30