Тёмный

Haadha manaakoo waliin Iccitii hedduu dubbanne | gaaffii keessaniif deebii| 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 295 тыс.
Просмотров 303 тыс.
50% 1

Gaaffii keessaniif deebii haadha manaakoo waliin goone
#drnaafyaad
#rophnan
#classical
#uae
#rophnan

Опубликовано:

 

17 фев 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 3 тыс.   
@user-lo7cq8dq2j
@user-lo7cq8dq2j 4 месяца назад
ይህን ኮሜት የምታነቡ በሙሉ ፈጣሪ ያሰባቹት ሁሉ ያሳካላቹ ከክፉ ነገር ይጠብቃቹ የማታ እጀራ ይስጣቹ❤❤❤
@user-sn9gb9ig7u
@user-sn9gb9ig7u 4 месяца назад
🎉🎉🎉🎉🎉
@DiribaTaresa
@DiribaTaresa 4 месяца назад
Abri betam nw mewadik bro Thank you🥰🥰🥰🥰
@rosarosa9032
@rosarosa9032 4 месяца назад
አሜን አሜን
@user-kw6ch8hi9f
@user-kw6ch8hi9f 4 месяца назад
Amen
@genetsouyoumi1777
@genetsouyoumi1777 4 месяца назад
​@@user-sn9gb9ig7u❤❤❤❤❤❤
@kababushnuguse
@kababushnuguse 4 месяца назад
Wow nice family congratulations 🎊 👏 💐 🥰🥰🥰🥰🥰🥰💔💔💔💔💔💔💔💕💕😅😅😅😅😅nama akka koo isaan jalatan like godha dr jalala 💔💔
@allyu4619
@allyu4619 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@user-mt1qz9xo7k
@user-mt1qz9xo7k 4 месяца назад
Wollahi ammala qabeti wohidha ni barredii 🥰
@shibireshifara3805
@shibireshifara3805 4 месяца назад
Dhugaa dubachuuf anii gaailaa kessaan kanat bayeen gamadee Dr fi Ayyuu umurii dheertuu walin naaf jiradhaa❤❤❤
@hojiiguddaa9058
@hojiiguddaa9058 4 месяца назад
Horaa bulaa!Dhugaa Waaqayyoo mucayyoo kana siif jaalladheera,nagaa sammuu namaaf laatti!Siif kana caalti jedheen amana.Horaa bulaa,deebanaa,fayyaaf nagaa qabaadhaa! Keessumaa iccitii kaadhimummaa keessanii eeggachuu keessaniif galatan isiniif qaba.❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hanatu
@hanatu 4 месяца назад
Otoo hini sobini warii onee iraa ijolee kanaa lamani jalatani laki xuqaa achumani matii na anii dhugaa dubachufi bayee bayee sinii jaladhaa ❤❤❤❤❤🎉Walifi jiradhaa ❤❤❤❤❤
@mesiitube9843
@mesiitube9843 4 месяца назад
atis maatii nafi ta'i
@hanatu
@hanatu 4 месяца назад
@@mesiitube9843 tolee ❤️
@MakkaaHajii
@MakkaaHajii 4 месяца назад
Dhuga.fubachuuf.Namumaa.isani.ni.jaladha..garuu..???????
@MakkaaHajii
@MakkaaHajii 4 месяца назад
@@mesiitube9843 ok.qaliii..
@MakkaaHajii
@MakkaaHajii 4 месяца назад
@@mesiitube9843 siif.ta.era.oromoni.tokkoo.Amaniti.kaa.dhufatii🤝🤝🤝
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 4 месяца назад
Ani kaan gafii natii tahee namnii durbumaa qabdii jedhee maa gafataa wly ilove you Dr &Ayantuu long life ❤️💚❤
@MariamMari-cp8ee
@MariamMari-cp8ee 4 месяца назад
Otuma tayye garidhaa kaa
@firaolobsa4078
@firaolobsa4078 4 месяца назад
Warri gaffii akkana gaafatan kun durbumaa mucaa irra mal fuudhachuufimoo
@MakkaaHajii
@MakkaaHajii 4 месяца назад
@@firaolobsa4078🤣🤣🤣🤣
@user-dc1wb6td5o
@user-dc1wb6td5o 4 месяца назад
Amen x3❤️💚❤️🙏🏾🙏🏾🙏🏾
@sidunaaz.w6668
@sidunaaz.w6668 4 месяца назад
Wowwwwwww ebifamaadhufarabii kesattu obolessakiyaa ebifamii Walin horabulla❤❤❤❤🎉🎉🎉
@milkiisida1
@milkiisida1 4 месяца назад
WOOOOW AMAZING baay'ee namatti toltuu Dhugaa Waaqayyo isiin haa Eebbisuu ❤❤🎉
@nasraddinkadiir5115
@nasraddinkadiir5115 4 месяца назад
Wlh dhugaa dubbachuuf Dr oromon qabdu keysa hedduu sii jaaladha hedduu sii khabaja Dr. Ammalli khee hedduu namatti tola ija hamtuu sirra haa qabu ❤❤❤❤❤
@Soofii-9
@Soofii-9 4 месяца назад
Dr wlhi mucayyoo kee hedduu natti toltee maashaa Allah/rabbii ija hamtuu irraa haa qabuu rabbiin waliif isiin haa dhiisuu horaa dagaaga nuuf jiraadhaa Dr sif isheellee hedduu isin jaaladhaa ❤
@JureJurenasir-jp8lv
@JureJurenasir-jp8lv 4 месяца назад
Rabumatu si badhase wly mashaa alhhaaa ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️
@user-qd8ds2ci3e
@user-qd8ds2ci3e 4 месяца назад
Dhugaa umrii dheraadhaa waliin bayyee namatii toltaanii❤❤❤❤❤ Dr nafiyad kenya qalii 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
@Naanboon
@Naanboon 4 месяца назад
Wooww Dr bagaa gammadee kun injifaannoo guddaadha baga wqyo si gargaaree umrii dheeraan waliin jiraadhaa❤❤🤲🤲🤲🤲🤲
@kibbehailu6576
@kibbehailu6576 4 месяца назад
wow bayyee namatti tolttu baga waaqayyoo haadha mana sif kenne waliif isin haa jiraachisu ❤❤
@user-dn6oi6go1w
@user-dn6oi6go1w 4 месяца назад
Waliin isinaa bulchuu umuurii Nuuf dheeraadhaa Dr kenyaa mucaa akkaa kessanii Nuuf baay'iisaa gaa ijoollee kenyaaf hinumaa isin hordoofnaa❤️‍🩹💗o
@helumissmisshelu8278
@helumissmisshelu8278 4 месяца назад
Wawuuu dhugumaa intalaa bilchatu dhaa sifi ha jiratuu waqayyo jirenyaa keessan ha dheresuu ❤❤❤hoora bulaa
@user-ys2ky9vo9v
@user-ys2ky9vo9v 4 месяца назад
Dhugaa keeti beka oromo qabdu keessaa ati isaa tokko dhaa dr jiraadhuu umurii dhertu ❤❤❤❤❤❤namni kansa lafa ka,e waa,ee nama oddeessaa
@abdinkoojiratadhaa1442
@abdinkoojiratadhaa1442 4 месяца назад
Woww bagaa waqayyo malifi isani Keene horaa bayyanaa Dr Kenya gargarttun kee bayee baredii akumaa waqaa ishee ayyanomtee woww ayyuu koo bagaa gamade Adamin kee bayee amala qabesaa dhugaa Dr jalalaa nafi dhifamaa waqayyo ini kanan isin gahee haa ebifamuu ani obbolettin kessanni Hafuraa bayyee sinifi gamaderaa ebifamii ebifamaa ❤❤❤❤
@roobabadhaaso4726
@roobabadhaaso4726 4 месяца назад
Wow Dr, walitti horaa bulaa jaalala keessan haaluma kanaan itti fufaa heddu walirraa bareeddu dhiiro ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-rm4oq8nw5m
@user-rm4oq8nw5m 3 месяца назад
I learn from you great thing Doctor
@Sichaletube8850
@Sichaletube8850 4 месяца назад
Waliif jiraadha barri keessan eebbaan haa guutamu. Ijoollee eebbifamoo akka keessani hoora baayee isiin jaallanaa❤❤
@alamihordofa812
@alamihordofa812 4 месяца назад
She's so beautiful without makeup ❤ Please enjoy your natural beauty girl 🎉 Horaa bulaa waliin arrii filadhaa 🙏
@proggenius2024
@proggenius2024 4 месяца назад
Dr dhugaa namatti toltu. Qoosaan keessan natti toleera. Bultii keessan Rabbi siniif haa eebbisu. Yutiyuber Afaan Oromoo cimaa argachuu keenyaanis nan boona. Jabaadhaa 💌
@galaanafaarfannaa2719
@galaanafaarfannaa2719 4 месяца назад
❤❤❤❤❤ Dr kenya kanumaa isini futaniyuu sabini galata fide dhufuu qabaa nani qalade nufi jiradhaa❤❤ I love you so much ❤️❤️❤️❤️
@misraali9676
@misraali9676 4 месяца назад
you both look great ❤❤may Allah protect you from evil eyes
@genetdirre4486
@genetdirre4486 4 месяца назад
God bless you ❤❤❤long life Dr and A❤❤❤❤
@hamzajawweeyutbe4939
@hamzajawweeyutbe4939 4 месяца назад
Kunoo Like Gonne Dr Atti Fi Haadha Mana keettis Waluma Qixaa Jaalana Rabbiin Waaliin Umrii isiin Haa Dheerysu ❤❤❤❤
@Sooretti
@Sooretti 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤co🎉congratulations bayee bareeduu qashit sii badhasee rabii Dr
@Bontubont
@Bontubont 4 месяца назад
Umuri walini dheradha Dr &Ayyaantu i love you too much 🥰❤️❤️💚💚 waqayyoo kanuma cala isini ha Ebbiisu ga'ili kesani kani Abirami fi sara isini fa ta'uu
@user-dc1wb6td5o
@user-dc1wb6td5o 4 месяца назад
❤️💚❤️🙏🏾🙏🏾🙏🏾
@BontuBoru
@BontuBoru 4 месяца назад
Wow Dhugaa Namati Toltuu Umurii Dheeraa Waaliin Jiraadha ❤❤❤❤
@DagneLemma
@DagneLemma 4 месяца назад
Dr. Nafyad Getu ati nama ajaa'ibati❤❤❤❤
@Obsanmalee
@Obsanmalee 4 месяца назад
Dhugaa dubbachuuf Gammachuun keessan Akka Gammachuu dhuunfakooti! baay'een sinitti gammadde Wow Horaa Bulaa Deebana' Waaqayyoo Bara Jireenya Keessani Haa eebbisu!
@masaratgaromsa4264
@masaratgaromsa4264 4 месяца назад
Dr Naafyaadii Dhaloota dhufuuf illee Fakkeenya Guddaa taateera Ebbiifamii👏👏👏inni Guddaa Jalaala Waliif Qabaachuukeessanii, Oduu Namootatif Bakka hin Latina . Ga'ila Abiraham fi Safara isiiniif haa Ta'uu. Maaqa Goofta Yesuusii Kiristoosin Ga'illi keessan Kan Ebbiifame isiiniif haa ta'u.
@fikritfikrit4911
@fikritfikrit4911 4 месяца назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🙏🏻
@user-ip2qy2cf3t
@user-ip2qy2cf3t 4 месяца назад
Ayyuu,eebbiifamaa,nu jiraadha lataa ,dagaaggaa,waqnii sin haa bayyiisuu ,fayyaa fi gammaachuu gutuu siniif haa kennuu❤❤❤❤❤❤ Dr, gorsaa kessaaniifi guddaa galatooma ,
@user-li1sm9uf6e
@user-li1sm9uf6e 4 месяца назад
❤❤❤❤ Dr dhugaa bayee isin jaladaa waqayoo waliin isiin haa jirachisuu ilmaan waalin horaa umrii deraa waliin jirradaa harii waliin filadhaa❤❤❤❤
@caaltuuararsa1313
@caaltuuararsa1313 4 месяца назад
Wow baayye namati tolttu dhugaa akkatan isin wal barttan ajaaiba waaqayyo walitti sin yaa Ebbisu Ebbifamaa umurii dheeraa waliin waliif jiraadhaa Baayee isin jaalladha Dr Ebbifamaa ❤❤
@Abeelove
@Abeelove 4 месяца назад
Warrii giifti duree Dr naafyad baaredduu dumbushee jettaanii jalaattaan ❤❤🎉mee koottaamee ijoollee damma makaa manakoos koottaa watu jira
@liveperfectly7348
@liveperfectly7348 4 месяца назад
maarre ani jira mitii?
@mesi1477
@mesi1477 4 месяца назад
Bagaa nagaan dhuftan Dr Haadhaa manaa kessan waaliin❤❤❤
@dibaleedubai1193
@dibaleedubai1193 4 месяца назад
Dr dhugaa dubachuufi baay'ee namatii toltuu waqayyoo umurri dheeraa waaliin isiin ha jirachiisuu. ❤❤❤
@sartumuhammad977
@sartumuhammad977 4 месяца назад
Mashaallah mashaallah ❤❤❤❤
@user-ie8id2bs3u
@user-ie8id2bs3u 4 месяца назад
Wowww❤❤❤❤❤❤❤❤
@konjitOrthodoxEthiopia1991
@konjitOrthodoxEthiopia1991 4 месяца назад
ዶክተር እንኳን ደስ አላችሁ ትዳራችሁ ይባረክ በፍቅር አብራችሁ አርጁ❤
@AsiaKsa-zp1kx
@AsiaKsa-zp1kx 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AjebiAbebe-zf1et
@AjebiAbebe-zf1et 4 месяца назад
Woowu baayyee namatti tola dhugaa! Baga wal fuutan, Waaqa Dr. Naafyaad gargaarte anas gargaarikaa👋👋
@daroodarishaa301
@daroodarishaa301 4 месяца назад
Woooow Nufi jiraadhaa ❤ N&A
@naolmelka7508
@naolmelka7508 4 месяца назад
The wonderful couple 🙏. I love the way you disclose about you and tried to be model for others. God bless your 💍👑👫👰
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial 4 месяца назад
Thank you so much!
@Riyad_M
@Riyad_M 4 месяца назад
Congratulations Dr Kenyaa baga gammade umri dhertuu walin jiradhaa dhala tuma ergadhaa
@zubaidaumershow4407
@zubaidaumershow4407 4 месяца назад
Mabrukki maashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@user-eo5wl5fd9f
@user-eo5wl5fd9f 4 месяца назад
Maasha Allah ❤❤❤❤❤
@boontuusalaalee222
@boontuusalaalee222 4 месяца назад
Anuu mucaa tokkoof message ergeefin ture yoom naaf deebisa laata 😂😂
@SariQueen-mx3sv
@SariQueen-mx3sv 4 месяца назад
𝑾𝒂𝒈𝒈𝒂𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂𝒂 𝒆𝒈𝒊𝒊
@SimboKetema-hc5zh
@SimboKetema-hc5zh 4 месяца назад
Abdii jira jetta ati mo😅
@SimboKetema-hc5zh
@SimboKetema-hc5zh 4 месяца назад
Abdii jira jetta ati mo😅
@SimboKetema-hc5zh
@SimboKetema-hc5zh 4 месяца назад
Abdii jira jetta ati mo😅
@boontuusalaalee222
@boontuusalaalee222 4 месяца назад
@@SariQueen-mx3sv eegi jedhi kaa😆😆
@biliseetube4167
@biliseetube4167 4 месяца назад
Wawo nice family Congratulations 🎉🎉🎉🌹🌹🌹💐💐💐💐
@sumayyaatube7926
@sumayyaatube7926 4 месяца назад
Congratulations ❤ 🎊 BAGAA GAMADANII baga isiin ijaree wojinii bulaa debanaa umrii dhertuu 🎉🎉
@ayishakadeer1068
@ayishakadeer1068 4 месяца назад
Maashaa Allah Maashaa Allah Maashaa Allah ❤❤❤❤❤❤
@dawitjoseph852
@dawitjoseph852 4 месяца назад
Wow...an isiin lameen wal jaalachuuma kesaanif kunoo amaa.waaqayyofan galataa dhiyesaa jiraa Namooni akka koo jaalataan like godha
@sadiyaalsadiya7689
@sadiyaalsadiya7689 4 месяца назад
🎉🎉🎉🎉congratulations
@abrajuser
@abrajuser 4 месяца назад
Wowwww waqayyo umurii walin isiin haa jirachisuuu horaa bulaa❤❤❤❤❤❤
@halimaorotube2383
@halimaorotube2383 4 месяца назад
😂😂😂😂mashaala tabarkaala dhugaa dasii jettu wolin issin haa dhisuu Dr koo heddu issin jalaadha wly❤❤❤❤❤
@gadisashasho7242
@gadisashasho7242 4 месяца назад
Galatoomaa Dr. But,Honesty is the first criteria to love Your spouse forever. Have eternal honesty ❤❤❤
@GediFufa
@GediFufa 4 месяца назад
Dr. You are very very humble may God bless your Union guys.❤
@IftuHinsermu-ct3ih
@IftuHinsermu-ct3ih 4 месяца назад
Waaawooooo baayee namatii totuu doktor❤❤❤❤❤❤
@desalegnhabte
@desalegnhabte 4 месяца назад
Horaa bulaa deebanaa ,umurii dheeraa waliin jiraadhaa Dokter!
@elemashanu9842
@elemashanu9842 4 месяца назад
That’s a wonderful advice there at the end, people mind sooo much about others than themselves. Much love for you both.
@qaluuyeegetaalijjii7686
@qaluuyeegetaalijjii7686 4 месяца назад
waqayyoo bara jirenyaa kesaan haa ebisuu bayeen isiin jaladhaa jalalii kesaan namaa bayeef barumsaa akkaa ta. uu abdiin nuf jiradhaa ❤️❤️❤️❤️❤️
@user-rq6pc8ic9f
@user-rq6pc8ic9f 4 дня назад
wow bayee bareduu ijara hafaa 🎉🎉🎉🎉
@yerosenpharmacy1556
@yerosenpharmacy1556 4 месяца назад
Amazing family my GOD blessed ur marriage dr
@TaborHaIle
@TaborHaIle 4 месяца назад
Walin harii filadha isiin jalana Dr naf
@mulualene9763
@mulualene9763 4 месяца назад
Wooow Waqqayyoo waliti isiin haa jalaatu Dr Fi Ayyu baayee namaati toltu horaa baayadha 🙏🙏🙏Mucaa biyyaakoo tahukes baayeen gamaade inangokoo biyya dhalotaakoo i love you i miss you baay'een jalaadha garuu kessa ta'uuf hin caaromne biyyaa hormaan jira waqqayyoo biyyaaketii nagaan sii haa galchuu naan jedha adaara waqqaa🤲🤲🤲🥺🥺🥺
@Mohdbornyoung
@Mohdbornyoung 4 месяца назад
Masha Allah ❤🎉
@Mubarak.Ibrahim.2024
@Mubarak.Ibrahim.2024 Месяц назад
wowwoww Dhugaa Baayyee Namatti Toltuu Waliifi Jiraadhaa❤❤❤❤❤❤
@amanueljabessa9332
@amanueljabessa9332 4 месяца назад
Blessed family ❣️❣️💞💞
@RiqichoTube
@RiqichoTube 4 месяца назад
I am from India 🇮🇳 but I like this video ❤ respect you Doctor 🙏
@samritube6894
@samritube6894 4 месяца назад
Are you undarstad the languge
@user-eh7di6bp5o
@user-eh7di6bp5o 4 месяца назад
Woow woow bay'ee walirraa bareduu waliin ummuurii dheraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-vh3mi4st4b
@user-vh3mi4st4b 4 месяца назад
Wawuu dhugaa baayee namati tolaa yaanii keesanuu barumsaa gudaa galatomaa horaa bulaa kabajamoo Dr naafyaad and your wife ❤❤❤❤❤❤❤
@fotinfortina2303
@fotinfortina2303 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉congratulations ❤❤❤
@rosarosa9032
@rosarosa9032 4 месяца назад
መልካም የትዳር ዜመን ይሁንላቹ ❤❤❤❤❤❤
@firaolayanew
@firaolayanew 4 месяца назад
Honestly we are very happy for you and live long together and have a good marriage Doctors Nafyad Dear Ayyantu❤
@HawwaahusenHusen
@HawwaahusenHusen День назад
Bayyee bareduu Masha alhaa
@selamademsung5995
@selamademsung5995 4 месяца назад
❤❤❤ስታምሩ
@gemejale4885
@gemejale4885 4 месяца назад
❤😍❤😍
@Abdullah-gk8et
@Abdullah-gk8et 4 месяца назад
Mashaa Allah ijarafa
@burtetube
@burtetube 4 месяца назад
🎉🎉🎉wowoowo bayyee namati toltuu❤🎉🎉holding
@user-xw1qr3tg9h
@user-xw1qr3tg9h 4 месяца назад
እዉነት ዶክተሪ ልጅተሀ ተሚራሌች ይመቸቹ❤❤
@samyasamya4438
@samyasamya4438 4 месяца назад
Dr keenyaa horaa bulaa ayuu teenyaa ❤❤❤❤
@SamirahTiringo-bj9rb
@SamirahTiringo-bj9rb 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉💖💖💖💖💖💞💞💞💞💞💞💞💞
@user-uo5ex1fk6g
@user-uo5ex1fk6g Месяц назад
Horaa bulaa dugdaafi qomootti baadhaa horaa ,baay'adhaa ijaafi qalbirraa hafaa umurii dheeraa waliin jiraadhaa.👍👍❤️❤️❤️
@faaxediimaa8427
@faaxediimaa8427 4 месяца назад
Masha Allah ❤❤❤❤
@natanmulee
@natanmulee 4 месяца назад
Like jalqaba fi comnet jalqaba ❤😁😊
@qamaroibrahim43
@qamaroibrahim43 4 месяца назад
Wow ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤ you guys are so sweet, may Allah bless your marriage. I wish you both long life with more blessings and happiness.
@gshshshs9930
@gshshshs9930 4 месяца назад
Mashaa Alllh hin.jedhin.boo.
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 4 месяца назад
Baga rabbiin waliif isin hire mucayyoo bareedduu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@user-gb3or3jt9k
@user-gb3or3jt9k 4 месяца назад
Maashaalhaa dr ❤❤❤❤
@zahraasafa2698
@zahraasafa2698 4 месяца назад
መልካም ትዳር❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AskoLebanon
@AskoLebanon 4 месяца назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@SaraRifai-kq3wd
@SaraRifai-kq3wd 4 месяца назад
Hi
@etenashlloveyouoromiyaasin1082
@etenashlloveyouoromiyaasin1082 4 месяца назад
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@ALMAZTARAG
@ALMAZTARAG 4 месяца назад
❤❤❤❤❤
@user-cd8pk7dk5q
@user-cd8pk7dk5q 4 месяца назад
​@@ALMAZTARAG0:14
@BekeluBacha
@BekeluBacha 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤ hora bulas
@user-wo8ex8zz1i
@user-wo8ex8zz1i 4 месяца назад
21:00 ñn​@@BekeluBacha
@user-wo8ex8zz1i
@user-wo8ex8zz1i 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤galatomi barusaa guddaa sii irraa fudhee
@nanajoud5976
@nanajoud5976 Месяц назад
Woow Hallii Kesanii Bayee Baredaa Horaa Bullaa
@BonsaZelekeoromootv
@BonsaZelekeoromootv 4 месяца назад
Waqayyoo bara keessaan haa Ebbisuu namattii tolotuu jiraadha❤❤❤❤🎉🎉🎉
@darartutafu2968
@darartutafu2968 4 месяца назад
Galtooma ❤❤❤❤😊
@Hafizaa-ut8od
@Hafizaa-ut8od 4 месяца назад
Wow bayee dhas jetu wolin bula jalalakesn Rabiin isinf Haa dhabalu 🥰🥰hatun yedhu kesan hin galin 🥰
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤wwwww namatii tolaa ayu bestii uuuuuuuuuuuupha 🎉🎉🎉
@fantay5764
@fantay5764 4 месяца назад
Congratulations 🎉 Dr bagaa gamadanii gela,a nagaa kan jaalalaa sinifin hawwa dhuga 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fadela9034
@fadela9034 4 месяца назад
Mashalaa tabarakalaa bayee namat tolaa wajiin umurii dheradha🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@AbduSiraaj
@AbduSiraaj 4 месяца назад
Baga Gammaddan❤Waliin Horaa baay'adha
@user-ue5nf9hc4u
@user-ue5nf9hc4u 4 месяца назад
Wowow bayy,ee namati toltuu dhugaa hooray bulaa doctor keenyaa isiin laachuu❤❤🎉🎉🎉
@AbdiyeeJaalala-bl7zd
@AbdiyeeJaalala-bl7zd 3 месяца назад
Wowwwwwo bagaa woli futaani🎉❤
Далее
Телеграмм-Колян Карелия
00:14
Просмотров 153 тыс.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Hiree drama kutaa 70
28:25
Просмотров 390 тыс.
Телеграмм-Колян Карелия
00:14
Просмотров 153 тыс.