Тёмный

Bokkuu Multimedia: Obboleessa Haacaaluu Hundeessaa . Boonaa 

Qaanqee Show
Подписаться 328 тыс.
Просмотров 171 тыс.
50% 1

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Развлечения

Опубликовано:

 

22 апр 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 639   
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 3 месяца назад
Bagaa waqayoo sii olchee hacee 2ffaa koo😢😢😢😢😢😢 jajabefamuu qabdii mucaan kunii yaa waqaa Ati kanna egii ijaa hamtuu irraa ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-dq8rh6lo5t
@user-dq8rh6lo5t 3 месяца назад
Maaloo qofaa tti hin dhiisiinaa mucaa kana 😢😢😢😢❤❤❤
@AyantuDida
@AyantuDida 2 месяца назад
Adii nagodhaa mee obolewnii ko
@user-nl9wx4yy9w
@user-nl9wx4yy9w Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😮😮😮😮😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ and other professional athletes who were the same in their roles as the first person of all age and their children in a row in a relationship between women who have a lot to be on her face too as
@LaliseDiribaa
@LaliseDiribaa 16 дней назад
Namati told dhugaa jabaadhuu waqayoo si haa jabeesuu atiyuu gootaadha eyyeen atiyuu hacaluu tateee❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabaadhuuu
@YeeTawahidoLij4764
@YeeTawahidoLij4764 3 месяца назад
Namati tola dhugaa muucaan kun jabaadhuu waqayoo si haa jabeesuu atiyuu gootaadha eyyeen atiyuu hacaluu tatee osoo hintane ofumakeefuu gootaa keenyaadha❤❤❤❤
@amanetufa5708
@amanetufa5708 3 месяца назад
Mucaa ol guddataa, saba oromootiif sagalee dhugaa ta’uu jirta jabaadhu, Rabbi si woliin haa jiraatu Eebbifam. Oromoon saba qulqullu.❤️❤️❤️
@user-kk9ni4pg8y
@user-kk9ni4pg8y 3 месяца назад
Oooooo my God?? Hacceedhumatuu lafaa jira😮😢😭😭😭😭Uuuuuu haccee kooooo😢😢 maal jedhuumee sagaalee kee kunnoo ar'aas dhaga'aa jiraa kaa qamaa kee argaa dhabnne malee Haccaluuuu hunddeessaa essa sifuunnuuree yaa qommooo kooo❤❤❤❤❤😮😢
@user-by5hp5di1r
@user-by5hp5di1r 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@fenubaribashir1353
@fenubaribashir1353 3 месяца назад
proud of you brother! you are really Hachalu's Generation!!
@abrahimmicha6760
@abrahimmicha6760 3 месяца назад
So beautiful, young man keep it up. Even though Haacaalu perished young men like you are constant reminder of him. You make me cry… I thank you. Carry on …
@user-dn6tv5qr2x
@user-dn6tv5qr2x 3 месяца назад
Hacee kumaatama keessa boonan isa hangafaadha! 100%👍👍👍
@Rooz-lz8xr
@Rooz-lz8xr 3 месяца назад
Uuuuuffffff waqayoo siwaliin ha ha ta'u 🤲🏽🙏🏽 afaan amarifaan yoo dubaatu imiimantuu na qabe dhugumaati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qm8lh9zx4x
@user-qm8lh9zx4x 3 месяца назад
Rabbiin si haa tiksu qaxalee koo❤❤❤❤❤
@Yaddu143
@Yaddu143 3 месяца назад
Ijolleettin jajjaboon eessaa baatee maaloo! Jabaadhaa! Kun dhuguma dhaloota daandii Haceeti. Jabaadhu kormee, akka Hacee gara fulduraatti!
@user-gv5bn1kf1w
@user-gv5bn1kf1w 2 месяца назад
Jabadhuu qalii oromoo ilmi namaa qudhaa hin qabuu calisii itii fuufii ❤❤❤❤❤❤❤❤haacee 😭😭😭😭😭😭
@hanigirma4738
@hanigirma4738 3 месяца назад
Miss U Hache koo 🕊️😔
@dubiwakchalchisa2296
@dubiwakchalchisa2296 3 месяца назад
Namni 100% sagalee hacee isiniiti fakkaate isaa jirtu❤❤Bona gaafa Adawa
@gammachiisdarsuu1006
@gammachiisdarsuu1006 3 месяца назад
jabduu keenya nama fakkenya nama hedduf tahuu dandeessudha ati. jabaadhu,waaqni sii yaa gargaaru
@Gazi896
@Gazi896 3 месяца назад
first comment and like ❤ Hacee Koo seenan sin dagatu goota onneen sibiilaa😢
@meseretnigusee6109
@meseretnigusee6109 3 месяца назад
Woww Amazing Hacee xiiqichaa Waaqayyoo Sii haa eegu Habibii ❤❤❤❤❤❤❤
@LalistiOro-ss5rp
@LalistiOro-ss5rp 3 месяца назад
Wowww dhugumatti hacee xiqqicha🎉🎉❤❤❤❤
@etinish
@etinish 3 месяца назад
Gudatuu biraa gesaa malooo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-co8tb8on3y
@user-co8tb8on3y 3 месяца назад
Ummaata oroomoo biratti bakkaa guddaa qaba haceen kanafuu boonaa mucaa lafaa dhufa jiru kanas kichuu hin kutiina dhiisa rabbuuman isaa haa eeguu innuu du'a irra hafee as jira 😢😢❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Littileorogyrl-rm9uo
@Littileorogyrl-rm9uo 3 месяца назад
Talent addaa qabdaa jabadhuu
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 3 месяца назад
Dhugaa mucaan kun waan obbolaa haadha takka keessaa bahanii fakkaata, sababni isaa nami walitti dhufeenya dhiigaatiin walfakkaatuun ni jira waan ta'eef akka anaatti mucaan kun na ajaa'ibe, sababni isaa qaamni isaa,amalli isaa haasofni isaa dhaabbiin isaa akkasuma jajjabinni isaa ❤❤❤mucaan kun acaaluun haa du'uu malee akkuma gochi namaa hin dune, rabbiin qaama isaas waan kaahe fakkaata.
@senatube1973
@senatube1973 3 месяца назад
Wow amazing talent voice🎉
@masibirahanu5204
@masibirahanu5204 3 месяца назад
Muucanu kuni guyyaa adawa akka haaceti bahe hojechuu qaba dhugaa waaqa maloooo😭😭😭
@bosonacilaalo4252
@bosonacilaalo4252 3 месяца назад
Bineeniyyiin sun kanas haa nyaatani?
@aminajaro4283
@aminajaro4283 3 месяца назад
Dhoksinee eggachu qabanaa mucaa kanna rabbi sii haa eggu hadhoo koo ❤❤❤❤❤
@AyantuDida
@AyantuDida 3 месяца назад
❤️❤️❤️❤️
@KulleeAddunyaa-qz9et
@KulleeAddunyaa-qz9et 2 месяца назад
Lakkii nuu jalaa ajjeessuu❤❤❤
@AyantuDida
@AyantuDida 2 месяца назад
Maloo hinmidhuu
@firaolyade7635
@firaolyade7635 3 месяца назад
Really I have no words to express your talent and my happiness
@AbdusalaamNaasir
@AbdusalaamNaasir 3 месяца назад
Goonni wareegamus gootumadhalata wow maashaa allah hacee😢😢😢😢😢😢
@YonasGorba
@YonasGorba 3 месяца назад
Waaqayyoo inni oromoo uumee,bakka haacee si buuseera,jabaafhu ilmoo oromokoo
@user-wc7rn4vu1q
@user-wc7rn4vu1q 3 месяца назад
Jabadhuu qaxale muchaa oromo dhuguma Sagalee issaa hachaluu hundesa fakkata ❤❤❤
@MULE-uj9fe
@MULE-uj9fe 2 месяца назад
Seenaa dhiraa dhiraatu lafaa kaasa jabaadhuu.
@user-oc9fw1pb2g
@user-oc9fw1pb2g 3 месяца назад
Hedduu galatoomaa warri Bokkuu Maltimidiyaa qaxalee ilmaa kana nuuf dhiheessuu keessaniif !
@user-kk9ni4pg8y
@user-kk9ni4pg8y 3 месяца назад
Dhugaa ketii qalii koo ,,❤❤haccee yoo nuuf tatteyyuu yoom jibinne haccee ok akka hin daganneef nuuf tate ,,silasyyuu nama duttissa amma yona ara'aa tae namattii dhagaa'uumudha😢😢❤
@gudinafgonana1502
@gudinafgonana1502 3 месяца назад
Jabaadhu dhugaa hojii gaariidha. Yaadannoo Haceeti.
@Nasrat-pj3cn
@Nasrat-pj3cn 3 месяца назад
Rabbi ijaa Hamatuu sira haa qabu inshallah ❤❤❤❤❤❤❤
@kedijaissa5202
@kedijaissa5202 3 месяца назад
አብሽር ኦበለሰ ኬኛ ስሆጄን ጅራ እንሻላህ
@robaoddaa2362
@robaoddaa2362 3 месяца назад
Great energy Great voice Work hard specially on ur school After try to find ur self what inside of you Bayee namaati toolaa Humnaa guudaa qabdaa Jabaadhuu Qaxale’e koo
@afrodiamond143
@afrodiamond143 2 месяца назад
Ani Oromo miti garuu ani Oromo nan jaaladha Bonsaa Baqaalaa jabeessa. Booda boohurra amma itti yaaduu wayyaa. goota lubbuun jiruu hardha beeki.❤❤❤dhifama yoon ballesses Oromon.
@ko-keafrica6468
@ko-keafrica6468 3 месяца назад
So, lovely boy. Nuuf jiraadhu. Cimsi baradhu!
@DejeneAshenu
@DejeneAshenu 3 месяца назад
Exceptional guy❤continue.We expect more!!! More to us!!
@user-rc5tk1sn4r
@user-rc5tk1sn4r 3 месяца назад
Waaqayyo si haa eegu jabaadhu haacee nu yaadachiiste🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@labsi4007
@labsi4007 3 месяца назад
Gooftaan Yesuus Kiristoos waaqarraa siif ha mul'atu.Ayyaanni faarfannaa si haa guutu.
@haneyabdela6609
@haneyabdela6609 3 месяца назад
Wow ❤you’re send hachu welcome back 🎉keep it up my dear
@DameHaile
@DameHaile 3 месяца назад
Jabadhuu dhuga qaalii oromoo tahii dhuguma Hachalu xiqqadha atii gudadhuu❤
@tigista7276
@tigista7276 3 месяца назад
WOW WOW Ambo biyaa gotta Annis nama abotti Hachekoo silla fakatu bayee nu gamachisiteta ❤
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 3 месяца назад
Mucaa kan egaa Oromoo 😢😢 Rabbiin sii haa Eguu bakkaa jirtutii
@user-ev4ze3fn1r
@user-ev4ze3fn1r 3 месяца назад
Bokkuu Multimedia Gaalatomaa @ gada keenyaa wan hagaa tokko hirftee natti fakataa!! galatomii boonaa. Jajabeefamu qabda.
@NimcaanMaxamed-dw2zo
@NimcaanMaxamed-dw2zo 3 месяца назад
Wow bayyee namati tola akka addara haccalu bakkan geyssu abdiin qaba❤❤❤❤❤🎉
@zaramujahid5478
@zaramujahid5478 3 месяца назад
Ufii misikinaa❤❤
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 3 месяца назад
Warri HACAALUU HUNDEESSAA kan ajjeese , koree nageenyaati . Akkuma "gestapo " sana , tokko osoo hin hafan funaanamanii seeratti dhihaachuuf jiran ! Wal dhiisuuf hin jirru .
@ko-keafrica6468
@ko-keafrica6468 3 месяца назад
Amusing ❤Hacee keenya yoom siyaadana.
@Hannaa-pb4xy
@Hannaa-pb4xy 3 месяца назад
Hcee xiqoo umurii dheraa jiradhuu ❤️❤️✅
@danielnegera3348
@danielnegera3348 3 месяца назад
Excellent program thank you.
@FalmiTesfaye-kd2nk
@FalmiTesfaye-kd2nk 3 месяца назад
sanyii mooti Boonaa my best freind!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!11 continues up to the end!!!!!!!!!!!!!!!!!
@SisayTesfaye-ez2ts
@SisayTesfaye-ez2ts 3 месяца назад
You are so handsome! God bless you Baa'yyee namaatti tola waqqayyoo sii waaliin haa ta'uu
@user-le2mq7sx2h
@user-le2mq7sx2h 3 месяца назад
Baga rabbii si base obollesa😢😢😢😢😢
@QaliOromootai
@QaliOromootai 3 месяца назад
Woow nu boonsiitee ilmaa amboo jabduu koo!!
@AlfiaAlfiah
@AlfiaAlfiah 2 месяца назад
Rabbin galani haa gahuu haccee lammaf nufi kenee alhamdulilh haccee koo❤❤❤❤
@user-us5nu5vj7d
@user-us5nu5vj7d 2 месяца назад
What type of politeness Boonaakoo!!! Jabaadhuuuuuuuuuuuuuu
@SifenTsegaye-fy5ks
@SifenTsegaye-fy5ks 3 месяца назад
Waaqayyo si haa ebbissuu hacee lamafa❤❤❤❤❤❤❤
@user-zd1oi3hq9z
@user-zd1oi3hq9z Месяц назад
atiis haccee 2 nitataa jabadhuu rabbii siihaa eguu
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 3 месяца назад
Waw great achievement ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MangistuNuguse
@MangistuNuguse 23 часа назад
Hacaaluun ilima dhiiraa hin qabu eenyutu oromia bakka bua jenne imimaanin boonne turre waaqin imimaan teenya dhagae har'a si'ii nuuf kaase jiraa waan ta'eef kennaa kana akka salphat hin laalin jabees qabadhu harikka si hin fudhatamin jabaadhu jabaadhu baayee si jalaana hacee baqala koo!
@LalistuTofik
@LalistuTofik 3 месяца назад
Guddaadhu garaa kiyyaa🙏💪🥰 Haccee koo Aa'a
@user-si4zy9ym3d
@user-si4zy9ym3d 3 месяца назад
Jabadhuu saanyii gota❤❤❤❤❤
@kumibahrain8137
@kumibahrain8137 3 месяца назад
jabadhuu saanyii gotta❤❤❤❤😭😭
@SulaxanaaQadii
@SulaxanaaQadii 3 месяца назад
www www baay'ee namati tola dhugaa ijara hafi saanyii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tesfayeshure2151
@tesfayeshure2151 3 месяца назад
Jabaadhu,haamileenkee,ilaalchikee,qaxaleedhuma akka haceeti.haceedhuma nafakkaatte dhugaa.abshir
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Aadaafi duudha Hambaa Acaaluu Hunddessaa Gammadii jiraadhuu Fayyaa Tahaii
@NebsoIndris
@NebsoIndris 2 месяца назад
Nuf jiraadhuu nuf gudaadhuu♥️♥️♥️♥️♥️
@abdikooyesuusi
@abdikooyesuusi 2 месяца назад
dhugaa maloo muccaa qaxxalee kannaa qobbatii dhissuu mittii dhugadhaa jabbadhuu qalii koo ❤❤❤❤❤ sanyi haccee hundessaa hamtuuni sin arggin
@TolaChaka
@TolaChaka 3 месяца назад
Wow dhuga mican sagale hacee qabaa
@user-dj3vr1ji7n
@user-dj3vr1ji7n 3 месяца назад
Waqayyoon hacaluu bakka nubusera jabadha jajjabesaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@olol1317
@olol1317 3 месяца назад
Habte hojii dinqiidha; jabaadhaa!
@user-xs3zc8ow7m
@user-xs3zc8ow7m 3 месяца назад
Haacee 2ffaaa nuufi jiradhuu kiichuuu kooo♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@WabiRegasa
@WabiRegasa 3 месяца назад
Jabaadhu baayyee bareeda
@MengeAmeyu
@MengeAmeyu 3 месяца назад
Dhugaa waan aja'ibaati jabaadhu waaqayyoo sii ya jabeessu
@user-cq6qh2pj6f
@user-cq6qh2pj6f 20 дней назад
Woww mashaahall 😢😢😢❤❤ haceee 2👌👌💔💔😢
@user-us5nu5vj7d
@user-us5nu5vj7d 2 месяца назад
Wooow!!! So matured and intelligent boy!! Jabaadhu brokoooooooo atis lammii keef waa buusii darbii. Haaceen legendiidha dhugaa there is only one Hachalu Hundesa!!! Warrii gaafatan garuu.... xiqqoo maturityin isiin hafa garuu jabaadha carraas waliif kenna isheen tokkoo dominate goote jirtiiiiiiii so make it balance
@RetoAl-fl2iq
@RetoAl-fl2iq 3 месяца назад
Wwwooowwo jabbaadhu rabbii sin haa guddadhu
@ADANWARIO-yc8pd
@ADANWARIO-yc8pd 2 месяца назад
ADAN WARIO from kenya please keep up and give us one more song for Hachlu Hundrssa
@ImaanMahadi-nf5xq
@ImaanMahadi-nf5xq 2 месяца назад
Jabadhu lamii koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤bakku hacluu
@BshBshjzJ
@BshBshjzJ 2 месяца назад
Jabbadhuu rabbii sii haa eeguu
@SmilingDolphin-mt6cl
@SmilingDolphin-mt6cl 2 месяца назад
Waqayyoon ijaa hatu siraa haa qabuu😢😢😢❤❤❤
@YeeTawahidoLij4764
@YeeTawahidoLij4764 3 месяца назад
Jajabeefamu qabda bro
@Hamaz-kp6vy
@Hamaz-kp6vy 3 месяца назад
Bayy'ee gaari jabadhu akka haceeti goota ta'i
@AmanuelDeresaBekele
@AmanuelDeresaBekele 3 месяца назад
Jabaadhuu Haftee Haccee Keenyaa!!!!!
@habibhussen3246
@habibhussen3246 3 месяца назад
Dhugaa mucaan Kun nama jabaadha 🥰
@user-jm4gg6ne6n
@user-jm4gg6ne6n 3 месяца назад
Wowwwwwwwwwww hacaluu Maa dhumaa fakataaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@getahunshanko7154
@getahunshanko7154 3 месяца назад
Jabaadhuu kormee ilmaa!
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 3 месяца назад
Jabadhuu.lencaa.koo❤❤❤❤❤🎉🎉
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 3 месяца назад
Rabin isnifanna hajiratu inshaallaa hamituni sihinargin sanyikiyyaa uuuuuufiii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤haccaalluu sagalleen mashaaallaaa Rabin haccaalluu garanugubani maalligonnaa
@EmebetAlemu-ft6bg
@EmebetAlemu-ft6bg 2 месяца назад
Maloo nufii jabadhu oboleesaa kenyaa qalii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa Hacaaluu fakaata
@masaramasara1595
@masaramasara1595 3 месяца назад
Dhugaa bayyee namat tolaa hacee xiiqichaa rabbi sii haa eegu❤❤❤
@AyantuDida
@AyantuDida 3 месяца назад
Laikii nagodhaa 👍
@ShukriiAbduramen-hi5rb
@ShukriiAbduramen-hi5rb 2 месяца назад
Maaloo hadaraa jabeessaa oromoon 😢😢😢😢gantuun nu galaafatinii😢😢haceedhuma❤❤❤wow❤❤❤🎉
@jichokodoabdullatifabdi3995
@jichokodoabdullatifabdi3995 2 месяца назад
Though Haacalu isn't with us his history and legacy is within us, you have a potential to unearth in your future so keep it up with the good your intending to do in forthcoming. And remember that your the stem of the generation of Haacalu and this itself is very significant and don't give damn what critics says.
@user-xc1jz5jb4u
@user-xc1jz5jb4u 3 месяца назад
Hace koo yomu sin daganu 😢😢atimo qaxale koo isuma fakata sagalen waqa yaa rabi goftan si yaa egu gudadhu ❤❤❤❤
@SifoMahammad
@SifoMahammad 2 месяца назад
Wow bayye bayye namati tolo❤❤
@MeyremaMeyrema-en4ys
@MeyremaMeyrema-en4ys Месяц назад
Rabbiin sii haa eguu attu gotaa haccee koooo
@kalidtube7865
@kalidtube7865 3 месяца назад
Wow Wow good boys 👦 ❤❤❤ Haachee 2
@HaweraTesfaye
@HaweraTesfaye 3 месяца назад
Boonaa bro 1ffaa dha
Далее
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Просмотров 109 тыс.
Amerikaan keessaa Hin qabdu-Buzee fi Takkee new 2022
11:24
İnside out Balloon game
0:18
Просмотров 15 млн
Разговор на Патриках
1:01
Просмотров 4,1 млн
19 июля 2024 г.
0:20
Просмотров 9 млн