Тёмный

HIR-KOO KUTAA 29FFAA 

Etv Afaan Oromoo
Подписаться 232 тыс.
Просмотров 296 тыс.
50% 1

HIR-KOO KUTAA 29FFAA

Опубликовано:

 

1 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 435   
@kaalidwalloo7984
@kaalidwalloo7984 8 месяцев назад
Diraamaa afaan oromoo kan.akka hir.koo jaaladhu hin qabuu
@yasminali8189
@yasminali8189 8 месяцев назад
እንዴ siimboo hoo
@waarisman5046
@waarisman5046 8 месяцев назад
Kana booda qaama hidhatetti asi ol hin haasa'i waan lubbuu kee balleessuu baadhe deema jira😂😂😂😂😂😂😂
@Islamictube364
@Islamictube364 8 месяцев назад
🙏🙏🙏maloo daqiiqaa dabalaa daqiiqaa 30&40 godhaa please
@beshenenuabu
@beshenenuabu 8 месяцев назад
Warri irko jalatan mee 😂🎉❤😊
@addismulisalelisa3228
@addismulisalelisa3228 8 месяцев назад
Dhugaa waaaqayyoo bayy'een sin jaaladha❤❤❤
@Temesgen.Mezgebu
@Temesgen.Mezgebu 8 месяцев назад
Maaliif daftanii upload hin gootanuu? Namoonni tokko tokko screen tv irraa record godhanii RU-vid isaanii irratti upload godhu kun immoo youtube etv irraa akka namni hin ilaalleef gufuu isinitti ta'a.
@saaladdiinidiris9916
@saaladdiinidiris9916 8 месяцев назад
"Hirkoo" Is the best drama in Ethiopia ❤
@alemneshsadesa
@alemneshsadesa 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂 nama bohaarsa nuf jiraadha Qaliiwwan sabaa ❤❤❤❤❤
@saidbest5407
@saidbest5407 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂 Way Hirkoo Dhugaa wareegama barbaachisu kafalii TIYYAA deefadhu
@annitmul1614
@annitmul1614 8 месяцев назад
brothers please help me by adding subtitle to this drama im waching from the very beiging but my oromifa is not gud... producer pleas we need subtitle which even helps us to be gud in our oromifa
@adanudejene
@adanudejene 8 месяцев назад
Itti fufa namati toltuu ❤❤❤❤
@ibaarchil1599
@ibaarchil1599 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅😅😅🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤figichii.akamii.meqafaa.batee...😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@sabaanboontuu3939
@sabaanboontuu3939 8 месяцев назад
Hirkoo my favorite❤😂
@eirbaya5517
@eirbaya5517 8 месяцев назад
Wwwww, Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa 👏30👏🙏♥️💚🥰🌻🌼💟❤️🎉😢😂😂😂😂🥺
@keenyatech
@keenyatech 8 месяцев назад
diraamaa afaan Oromoo akkas bareedu hojjechuu keessaniif uummata keessan biraa galata qabdu
@belyanjemal5144
@belyanjemal5144 8 месяцев назад
Maal gurbaa hirkoo ofan ajjeesa jechaa hin turree ati tiyyaa dhabee hinjiraadhu jettee dhaadattee shigguxii agarraan kondholloomtaa yoo dhiiromte dhukaasi hinjettuunii qalqala boffee wayii
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 8 месяцев назад
Ah baguma saba keenya taatanii afaan keenyaan nuf hojjattan comedilee kana silaa saba biraa taatee afaan jaraatin hojjattanii hanaaffan nu fixxan❤nuf jiraadha isin jaallanna
@ayaneoljiraayaneoljira5
@ayaneoljiraayaneoljira5 8 месяцев назад
Maaloo eessuma dhaqeen kolfaa Hirkootti😂😂😅
@arjuuneshow1130
@arjuuneshow1130 8 месяцев назад
Formulan Gamtaa arruma sirrii tahe silaa😂Yaa hirko sumaatu akka tisisaatti keessa bu.e malee maal namaan tiisisa jettaamii😂atuu tiisisa isa caalu taate😂
@tonyyazbeck4770
@tonyyazbeck4770 7 месяцев назад
😂😂😂😂🙈
@fufadiriba
@fufadiriba 8 месяцев назад
Lubbuukoon kennaaf jechaa🤣🤣🤣 Plan C Gamtaa siif wayya ture....hhhhhhh
@tefal1237
@tefal1237 8 месяцев назад
Kkkkkkkk ojiike nyadhu Hiroko gotta jaalalaa one sobaa nafii sodataa Hiroko 😅😅😅😅😮😮😮
@abdusalamkoo269
@abdusalamkoo269 8 месяцев назад
Hir_koo naa arsitee har'aa osso gamtaan irra faggadhu jedhu didee😂😂
@dedefokeweti7689
@dedefokeweti7689 8 месяцев назад
hojii boonsaa adduma taphni isaanis
@DureeTube
@DureeTube 8 месяцев назад
nura turtanii baar kalesa eegaa oollee
@DameWakgari57452
@DameWakgari57452 8 месяцев назад
Maaf hamma kana gabaabsitu jarana???????????????????????????? Tiktok gootan ka! Akkuma diraamaa seera qabeessummaa isaaf maaloo daqiqaa itti nuuf dabalaa KOODEEWWAN KOO!
@BurtukaanzawudeZa_burtukaan
@BurtukaanzawudeZa_burtukaan 8 месяцев назад
Hi dhugumaa balchaa 😂😂😂😂😂😂😂😂kiwuu jedhe kaa shuguxii arginaana ❤❤❤❤❤❤❤
@ayantu5728
@ayantu5728 8 месяцев назад
Hirkoo dhugumaa baalchaa saafooo😂😂😂😂😂
@derabekaber6158
@derabekaber6158 8 месяцев назад
😂😂😂😂
@Abdiimedia-gd4is
@Abdiimedia-gd4is 8 месяцев назад
Hir-koo dhuguma baalcha saafoo😅😂😂😂
@lensahunde3315
@lensahunde3315 8 месяцев назад
Jabaadha ijoolee oroomoo
@salehahussun757
@salehahussun757 8 месяцев назад
Miskin😂😂
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 8 месяцев назад
Wow ❤😂😂Hirkoo siin jallanaa
@Alhmdulilaah.
@Alhmdulilaah. 8 месяцев назад
@Izaddiin.seefuu
@Izaddiin.seefuu 8 месяцев назад
😂😂😂❤
@ااين-و9ز
@ااين-و9ز 8 месяцев назад
Wayyoo irkoo koo akkam namatii tolluu ❤❤
@atseduyoutube4065
@atseduyoutube4065 8 месяцев назад
Hirko ❤️ best drama ❤😂
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂hir koo
@KeriyaMitiku-pm2ig
@KeriyaMitiku-pm2ig 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂jabbadhaa bayye namaa bashanansisa ❤❤❤😂😂😂🎉
@FiixaaGirmaa
@FiixaaGirmaa 8 месяцев назад
Papi well come to Hirkoo❤❤❤❤❤
@OmarAbdullah-il3fy
@OmarAbdullah-il3fy 8 месяцев назад
@Meetii347
@Meetii347 8 месяцев назад
Jabaadha itti fifuu baay’ee namatti tola isa dhugaa ❤😂
@raashidiisabbona
@raashidiisabbona 8 месяцев назад
𝐀𝐧𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨 😂😂😂❤❤❤❤😂😂❤❤❤❤𝐰𝐨𝐰𝐰
@Wankooshow
@Wankooshow 8 месяцев назад
Dansaadha. Continue more jajjabaadha. Wanta haala yeroo wajjiin deemu irraattii osoo hojatanij nati tola
@SimboOromo-u4i
@SimboOromo-u4i 8 месяцев назад
Wow Baay'ee Namati tola Dhugaa Nuuf Jiraadhu Lammiikoo Diramaa Keessani Baay'ee Namati tola ❤❤❤❤❤
@abdulaziz-sultan_0215
@abdulaziz-sultan_0215 8 месяцев назад
Ok
@JordanJo-e9x
@JordanJo-e9x 3 дня назад
Baayee namati tolaa kaa jabadhaa ITTI fufaa obbolotaakoo❤❤❤❤❤❤
@Lalisee-m1o
@Lalisee-m1o 8 месяцев назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@FhhggDghhgf
@FhhggDghhgf 8 месяцев назад
Ani direma afaan oroma kessa wan haga diraama hir,koo jaladhu qabu❤❤❤❤❤ whats a generation
@daleeabdiisa5407
@daleeabdiisa5407 8 месяцев назад
Gamtaan fi Hirkoo ahhahahaah Gifted actors.
@ZainabHamdan-rp8ln
@ZainabHamdan-rp8ln 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 baga nagani dufutani
@abdisatesfaye-d5h
@abdisatesfaye-d5h 8 месяцев назад
Anii kanan jedhuu kutaan 30ffaa galakifamera sinnituu gadhisemoo
@SagaleeJireenyaa-sf6nv
@SagaleeJireenyaa-sf6nv 8 месяцев назад
Pirojeectiin gamtaa yeroo hundaa kufaadha!!!!!!!!!!
@KiswaneLink-d3p
@KiswaneLink-d3p 8 месяцев назад
Hir Koo hoji Kee nyadhuu kolfanii nu fixer🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂
@TaaddeeKabbee-hk9uy
@TaaddeeKabbee-hk9uy 8 месяцев назад
Jabaadha afaan keenya nuuf guddisaa qaxaleewwan Oromoo
@abdiadem9387
@abdiadem9387 8 месяцев назад
Dirama kana kessaa osoo gurbaan hirkoo jedhamuu kun osoo jirachuu batee fireman kun namattii hin toluu
@chaltochalto3591
@chaltochalto3591 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@jundiahmed
@jundiahmed 8 месяцев назад
Baga nagayan dhuftan hundumaafu nurrahi turtan
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 8 месяцев назад
Wayoo Hirkoo 😂😂❤❤❤
@BontuKedir-x7t
@BontuKedir-x7t 8 месяцев назад
Kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk wayyoo garaa koo
@muletahirko6796
@muletahirko6796 8 месяцев назад
Warabbiin keessaan miilaanaf Kan duraanii track qaba foyyeessaa
@AminaHedoo7
@AminaHedoo7 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@naafyaadiidhekkamaa4190
@naafyaadiidhekkamaa4190 8 месяцев назад
Hirkoo dubia irraa garaa gandaa deebi.ii
@TeshomaMeseret
@TeshomaMeseret 8 месяцев назад
Bayee namati tola pls daqiqa dabala nuu jirdhaa qalii oromo 😂😂😂
@AmmuAmmaa-td9ts
@AmmuAmmaa-td9ts 8 месяцев назад
Hirko hojin ke bayye namati tola
@mahaammadtilahun-bj8fv
@mahaammadtilahun-bj8fv 8 месяцев назад
Team amazing it's very good hirkoo ❤
@ImaamAbdii
@ImaamAbdii 8 месяцев назад
Diramaa hirkoo baayyeen jàaladha❤
@Kulani-j6f
@Kulani-j6f 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤
@MashiniMashomasho-np5zs
@MashiniMashomasho-np5zs 8 месяцев назад
Wo❤
@Lalisee-m1o
@Lalisee-m1o 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@rozaragasa9518
@rozaragasa9518 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂shuguxii😂😂😂😂😂
@rozaragasa9518
@rozaragasa9518 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂shuguxii😂😂😂😂😂
@MilkesaMosisa
@MilkesaMosisa 8 месяцев назад
Qabeenyi fixeensaa hiyuman xuridhaa mitire
@keriamirressa8865
@keriamirressa8865 8 месяцев назад
Baayee namati toltu❤❤❤🎉🎉
@YonasTesfaye-gf8jg
@YonasTesfaye-gf8jg 8 месяцев назад
😂😂😂😂
@SabontuTube-b1d
@SabontuTube-b1d 6 месяцев назад
Maash allha jabadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawwii2433
@hawwii2433 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
@AdemHussein-ix7qo
@AdemHussein-ix7qo 8 месяцев назад
Woyyoo kolfaan dhumne😂😂😂hirko hojii kee
@drabdusetube5974
@drabdusetube5974 8 месяцев назад
😂😂😂
@sisi7065
@sisi7065 8 месяцев назад
❤❤❤❤😂😂😂hirkoo. Hojii kee
@abbaa8712
@abbaa8712 8 месяцев назад
Waw love it from Norway
@HabteLami
@HabteLami 8 месяцев назад
Gamtaan kesaa ba'u male diramichi hin bareduu
@demeksahika6022
@demeksahika6022 8 месяцев назад
Yaa Hirkoo Gatii kee nyaadhu Laattee Galteegaa?kkkkkkkkkkkkkkk
@AlamudinGeda
@AlamudinGeda 8 месяцев назад
Nuu jiraadhaa isin jaalanna isin wordofaa jirraa
@fatimaaaa9358
@fatimaaaa9358 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@FikaduBatri-gd4ul
@FikaduBatri-gd4ul 8 месяцев назад
😊😊😊😊😊❤❤❤❤
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂❤❤❤
@DejeneFikadu-wb4rd
@DejeneFikadu-wb4rd 8 месяцев назад
Akkas malee nu boonsaa jirtuum dhugaaa, thank you sm guys
@AlamiiOrmo
@AlamiiOrmo 5 месяцев назад
Wwoo jabdhuu❤❤❤❤❤😂😂😂
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 8 месяцев назад
Kkkkk😂😂wayii hirkoo
@ZuyeRotoo
@ZuyeRotoo 8 месяцев назад
Wow wow bayyee namati tola jabbadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@furtuufurtuu6167
@furtuufurtuu6167 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@AbdiGeleta-g2r
@AbdiGeleta-g2r 7 месяцев назад
Nuuf jiraadhu baayyee namaatti tollaa
@dedefokeweti7689
@dedefokeweti7689 8 месяцев назад
wlhi baayye namatti toltan!❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🙏
@SafiAbde-rd9ce
@SafiAbde-rd9ce 8 месяцев назад
Tiyaa konjo❤👌
@kennoofurjii6488
@kennoofurjii6488 8 месяцев назад
Gidduutti yaada diraamaa kanaa utuu ballifamee?
@zamzamzamzam3009
@zamzamzamzam3009 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂
@negajalata5805
@negajalata5805 7 месяцев назад
❤Yaa waaqakoo eessan dhaqaa fuudhi jedheem
@lomiimargaa9738
@lomiimargaa9738 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂
@Roza77-bw1rh
@Roza77-bw1rh 8 месяцев назад
😅😅😅😅😅😅😅
@iFAA_Tube8
@iFAA_Tube8 8 месяцев назад
Ayi hirko hojike😂😂
@GanatiiAduna
@GanatiiAduna 8 месяцев назад
Bayyee mamat tola jabadha hirko wali nama😂😂😂😂😂
Далее
HIR-KOO KUTAA 30FFAA
26:09
Просмотров 300 тыс.
OYUNCAK DİREKSİYON İLE ARABAYI SÜRDÜ 😱
00:16
Просмотров 2,7 млн
ХОМЯК ВСЕХ КИНУЛ
10:23
Просмотров 583 тыс.
Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 9ffaa
32:09
Просмотров 89 тыс.
Soressaafi midiyaa short oromo comedy by Tamene muleta
9:26
EGEREE COMEDY: PHOTO
17:47
Просмотров 170 тыс.
Spirit of Excellence
14:10
Просмотров 18 тыс.
Hir-koo Kutaa 19ffaa
30:10
Просмотров 261 тыс.
MIRKANEEFFADHEERA.|| LIDIYA DERESSE New 2024
5:46
Просмотров 1,2 млн
OYUNCAK DİREKSİYON İLE ARABAYI SÜRDÜ 😱
00:16
Просмотров 2,7 млн