Тёмный

HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA 3 FFAA 

Etv Afaan Oromoo
Подписаться 222 тыс.
Просмотров 175 тыс.
50% 1

HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA 3 FFAA

Опубликовано:

 

12 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 592   
@FaadilAbdii-n5w
@FaadilAbdii-n5w 18 дней назад
Namnii akka koo hirkoo..jallattan akaawuntii kana like godhaa
@GelaneAdane-kp8vo
@GelaneAdane-kp8vo 12 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jsifiitub2786
@jsifiitub2786 18 дней назад
Warii akkaa koo ijjllee kanaa jalatin,like godhame❤❤❤
@user-nt2pd8eg3n
@user-nt2pd8eg3n 18 дней назад
maaljatte!
@TamratKumela
@TamratKumela 17 дней назад
Anasi Folo na godhi
@jaatanient
@jaatanient 17 дней назад
Kottaa maatii nuuf ta'aame waan ajaa'ibaatu as jira
@abdurogammachu2770
@abdurogammachu2770 17 дней назад
Anaa kaa
@finubejiga1078
@finubejiga1078 18 дней назад
Wowow dirama Fakata malee barumsa Gudaa ofi kechaa qabaa jadhaa ijolee keenyaa ♥️♥️♥️🙏🙏🙏🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
@AslamYou-b4b
@AslamYou-b4b 11 дней назад
🎉
@tegesttegestgeet5606
@tegesttegestgeet5606 18 дней назад
❤❤❤❤❤❤namni akka koo ijoollee tana jaalatanii ❤❤❤❤❤like 👍
@magarsaaahmad9933
@magarsaaahmad9933 18 дней назад
Sah 🎉, Hedduu si jalladha 🥰 Hirkoo
@caaltuuesheetuu5763
@caaltuuesheetuu5763 18 дней назад
Wayyoo🙄😁😁😁😁😁😁 Hirkoof Gamtaa😘😘😘😘😘💐💐💐💐💞💞💞💞👏👏👏👏nuuf jiraadhaa malee dhugaa Bohaarsitoota keenya
@TamamTamana
@TamamTamana 18 дней назад
Dr ashabiriin bakkaa bu,e Gamtaan 🎉 dhugaa dubbaachuuf Diraama bayyee nama barsiisuudha ❤🎉🎉🎉🎉🎉thanks so much !!!!!!!
@Golole96
@Golole96 18 дней назад
gamtaan reefuu hojii garii jalqabe ani garuu gamtaa bayyeen dinqisiifadha diraamaa kana isatu bareecheen dhugaa
@YerosanGetachew
@YerosanGetachew 18 дней назад
Aboo jabaadhaa, qabsoo qawweef jirraa Kan aartii fi afaan akkasuma og- barruu itti duulaa
@Furomsaa
@Furomsaa 18 дней назад
Hirkoo namnii akaa kiyatii jalatuu like godhii❤❤🎉🎉🎉
@UJURETUBE
@UJURETUBE 18 дней назад
Wow 👌 this was so nice and electron was really
@Biqila553
@Biqila553 18 дней назад
Please namanii akka koo ir koo jalata lakii Godhaa ❤❤
@Kalifamap
@Kalifamap 18 дней назад
Akkan jara kana itti jaaladhutti namni akka ko jallatanu like godha
@Kalifamap
@Kalifamap 18 дней назад
❤❤❤
@gadisseaga178
@gadisseaga178 15 дней назад
Oh good job! Hirkoo nuuf taate ati barana 👌
@ديرا
@ديرا 14 дней назад
Waan bayye,eetu irraa baratama nuuf jiraadha qaqqaliwan ko nu barsistus nu bashanannsistu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdullaSiraj-vg9nw
@AbdullaSiraj-vg9nw 18 дней назад
Kun kan haala yerooti baayyee gaariidha jabaadha ❤
@user-no7hf9nh5i
@user-no7hf9nh5i 18 дней назад
An duraa like ❤❤❤godhe
@SurprisedAstronaut-go8rs
@SurprisedAstronaut-go8rs 18 дней назад
Wayyi.hirkoo hin utaala kaa jama jiraadhuu qaalii sabaa na kolfisiifte❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@firaolyoutube3354
@firaolyoutube3354 18 дней назад
Brilliant idea 😂😂
@tsimie8527
@tsimie8527 17 дней назад
The theme is timely and excellently crafted.
@bontufeyisa
@bontufeyisa 18 дней назад
Baga nagaan dhuftan maati hirkoo🥰
@Magarsaa-ls6vk
@Magarsaa-ls6vk 18 дней назад
Yoom deemtuu isiin haa milkeessuu kaa❤❤❤😁😁😁
@mehaboobamehabooba3761
@mehaboobamehabooba3761 18 дней назад
Wari haa koo dibabee hirkoo jalatan mee like godhaa
@AdunyaaA.BAACAA
@AdunyaaA.BAACAA 18 дней назад
Welcome 🙏 to hirkol❤❤❤❤❤❤❤
@mesidiro3371
@mesidiro3371 15 дней назад
Hirko gamata baayee tokko natii toltuu dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@anawaarromiatube9867
@anawaarromiatube9867 18 дней назад
Muka hirkoo dibaabee hirkoo 💪
@Seyfa1Dhekkamaa
@Seyfa1Dhekkamaa 13 дней назад
Dhugaa diramman ijoolle tana bayye tokko natti tolla wly
@user-xt8yh2sb7p
@user-xt8yh2sb7p 18 дней назад
Bagaa nagaan dhuuftaan ❤❤❤❤❤
@muaztube1
@muaztube1 18 дней назад
Wow, waa'ee Olympic Paris wan takko hin hanbisne
@abebechtube4392
@abebechtube4392 18 дней назад
Wawu well come ❤❤❤❤🎉🎉🎉
@BelayBeyBeyene-to4il
@BelayBeyBeyene-to4il 18 дней назад
@jaatanient
@jaatanient 17 дней назад
Kottaa maatii nuuf ta'aame❤❤
@AbebechAbebech-nc3ez
@AbebechAbebech-nc3ez 17 дней назад
Wow❤❤❤❤baayyee namati tolaa jabbadhaa matti jaalala ❤❤
@obeeanamela
@obeeanamela 17 дней назад
Wow bayye namati tolaa jabadha ❤❤❤❤❤
@abdurogammachu2770
@abdurogammachu2770 17 дней назад
Hirko boss love ❤❤❤❤nufii jiradhuu
@belayenshbacha3303
@belayenshbacha3303 18 дней назад
❤❤❤❤🎉🎉 wayoo ijoolee kaaan mooo😂😂😂😂 uuuff isin bashanana
@Hawiwandimu
@Hawiwandimu 10 дней назад
Ani ijollee kana hundasaniyyuu nan jaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HAmzaaAhamaad
@HAmzaaAhamaad 18 дней назад
Namnii jalatu laiikii godhaa❤❤❤
@FariyaMustafa
@FariyaMustafa 6 дней назад
Waoo irko ko jabadhu sifana jirra
@user-vf5tl4gz7q
@user-vf5tl4gz7q 18 дней назад
Welcome🎉🎉🎉
@KibeDalese
@KibeDalese 18 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤ Baga nagan dhuuftan
@KaalaDin
@KaalaDin 18 дней назад
Hirkoo❤❤❤❤
@mameshow725
@mameshow725 18 дней назад
Galatomaa gareen Hirko ❤❤❤❤
@Abebech-d1b
@Abebech-d1b 18 дней назад
Wowwwww well come ❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Muhaz-n8v
@Muhaz-n8v 18 дней назад
❤❤❤🎉🎉🎉
@MimiMimi-i4u
@MimiMimi-i4u 14 дней назад
Woow jabaadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ baay'ee namaa barsiiftuu
@طالبدوسري
@طالبدوسري 18 дней назад
Kirkoon akka Atleeti paaris dheengadda Ashabbir guure dhaqee nu fokkisiise ninnis nu fokkisiisa harra😂😂
@megersakebebe3328
@megersakebebe3328 6 дней назад
ijoollee kun daandeettii diraamaa hojjachuu irratti qaban nama ajaa'ibsiisa . Kutaa lammataa kanarratti akka addaatti cimanii dhiyaachaa jiru. umrii dheeradhaa!
@user-nt2pd8eg3n
@user-nt2pd8eg3n 18 дней назад
NAMAN AJAAIBUU NAMUU LIKE BARBAADAAF COMMENT BARREYSAA😂!
@Amuuabdii05590
@Amuuabdii05590 18 дней назад
Anis kana kolfaam😁😊
@mesidiro3371
@mesidiro3371 15 дней назад
Wayyoo gamtaa baayee na koflchiste xurubaa hafuu guratii❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamuelDiriba-x3z
@SamuelDiriba-x3z 10 дней назад
BAAYYEE BAREEDA DIRAAMAAAN KEESSAN
@AlNasr233
@AlNasr233 18 дней назад
dibabee hirkoo baga nagan dhufittan❤❤❤❤❤❤
@user-hs6mn6he5u
@user-hs6mn6he5u 18 дней назад
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@MulunehChewaka
@MulunehChewaka 6 дней назад
Maaloo Hirkoon uffataa isaa isa raajii namni dinqiisiifatu sana osoo uffate
@Magarsaa-ls6vk
@Magarsaa-ls6vk 18 дней назад
Baga nagaan dhuftan 🎉🎉🎉
@siifuu1989
@siifuu1989 16 дней назад
Ijoollee qaaliiwwaan keenyaa nuf jiraadha😍🥰🥰
@dhugichawangeelaatube
@dhugichawangeelaatube 15 дней назад
Wow, jabaadhaa dhugaa🥰❤
@AlamayoBadasa-pn1yp
@AlamayoBadasa-pn1yp 18 дней назад
Qophii bashannaansiisaa dibaabee hirkoo ❤❤❤
@Samuelayalew-n3j
@Samuelayalew-n3j 18 дней назад
Big message for Eth Athletics federation 😂😂
@baarriiyee
@baarriiyee 18 дней назад
Wow ❤jabadhaa hirkoo koo❤❤😂
@wal-male
@wal-male 18 дней назад
Wow diraamaa kessan dawwadhen dawwi qufu dadhabe, itti fufa issin wa hundaafuu
@FariyaMustafa
@FariyaMustafa 6 дней назад
Hirkoo koo bayyee sijalana jabadhu
@sayidibrahim7934
@sayidibrahim7934 18 дней назад
Garaachanin argana Jira 😂😂😂
@FikirugebisaLikasa
@FikirugebisaLikasa 18 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤isin jallana
@Karayuentertaiment
@Karayuentertaiment 18 дней назад
Wow well come to back ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@chalagemechu2149
@chalagemechu2149 18 дней назад
"somba koon karaa kaa'ee dhufe!" Ayi Hir_koo😂😂
@حواءا-ي3ف
@حواءا-ي3ف 16 дней назад
Wow bayye natti toltuum❤❤
@abdidallo7501
@abdidallo7501 18 дней назад
Wow c’est trop mignon merci pour respecter athilete c’est adorable votre edie ❤ kabaja atileetota keennaa agarsiisuu keessaniif galatoomaa yaada baayyee bareeda fi akkusuma dhuma isaas bareechitan somba hirkoo agartee jirtaa garuu gamtaa😂 akkam das jedha !
@user-hy7ui8op6l
@user-hy7ui8op6l 17 дней назад
Jabadha namati tolaa ❤❤🎉🎉
@TajirHeydar
@TajirHeydar 18 дней назад
Woow hirkoo qaali
@keriamirressa8865
@keriamirressa8865 17 дней назад
Wowo baayye namati tola❤❤❤
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 18 дней назад
Sonbaa kee karati birraa darbitee moo hirkoo 😅😅😅❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MarataMengistu
@MarataMengistu 18 дней назад
Wwwwwww bayye tokko namati tola dhuga jabadha itti nu fufafa ❤❤❤❤❤
@AbdiiMoham
@AbdiiMoham 16 дней назад
Hikkaa guddaa qaba uf keessaa worra hubatefii👌👈
@wassaniwassani2380
@wassaniwassani2380 18 дней назад
Wowwwww dhugaadhaa namatii tolaa dhugaa 😂😂😂
@abdulqaadirwoliyyii957
@abdulqaadirwoliyyii957 18 дней назад
Wow Amazingly good to hear
@Dawamedia1245
@Dawamedia1245 18 дней назад
BARUMSA BAYYE QABA NAMA HUBATEEF❤❤
@singernetsanetermias9240
@singernetsanetermias9240 10 дней назад
turumba part i can"t 🤣🤣🤣🤣
@GudetaGirma-d9x
@GudetaGirma-d9x 18 дней назад
Baayee Baayee namatti toltu ❤❤❤❤❤❤❤
@AhmedAbdella-uu7km
@AhmedAbdella-uu7km 18 дней назад
❤Instructors motuma
@user-hs6mn6he5u
@user-hs6mn6he5u 18 дней назад
Bagaa nagaan dhuftaan qaliwwwa koo😍😍😍😍
@BurteSolomon
@BurteSolomon 17 дней назад
Bagaa nagan dhuftan, namatti tola bayyee!!
@user-zg7pz4rv7e
@user-zg7pz4rv7e 18 дней назад
Baayyeen isin jaalladha ❤❤bagaa nagaan dhuftani
@user-ml1uf6cf9r
@user-ml1uf6cf9r 18 дней назад
Bagaa nuuf dhuftaan siin jalaana❤❤❤❤
@Jamila-u1e
@Jamila-u1e 18 дней назад
Dhuga keetii wolahi qalinama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-gl4hw9qt6z
@user-gl4hw9qt6z 18 дней назад
WOW ❤❤maaloo nuf jiraadha ❤❤
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h 18 дней назад
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹
@MukaremAhimed
@MukaremAhimed 18 дней назад
Wowow wel come hirkoo
@RamadanAbrahim-zs6wk
@RamadanAbrahim-zs6wk 12 дней назад
Gamtan anaa koflu
@LaliseNafilet
@LaliseNafilet 18 дней назад
Woow baayyee namatti toltu dirama hirkoo ❤❤❤❤❤
@GashahunShonkoru-om6kg
@GashahunShonkoru-om6kg 18 дней назад
Hojii Bareedaadha guddaa Galatoomaa !!!
@GudetaGirma-d9x
@GudetaGirma-d9x 18 дней назад
Baayee Baayee namatti toltu ❤❤❤
@IbrahimAhmednur-xf2oc
@IbrahimAhmednur-xf2oc 18 дней назад
Jabbadhu hirkoo wan barreda hojjacha jirta
@OfiiKooti4
@OfiiKooti4 18 дней назад
Diina koo diina koo olin bahee gadin bu'ee olan bahee gaarattin bahee
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 18 дней назад
Halumaa yeroo irrattii hundaha hojedhaa waan hojetanii❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhaa ni bareedaa.
@user-uz9hz6bd2t
@user-uz9hz6bd2t 18 дней назад
Mee anna akkamiti akkan issin jalladhuu 👌👌🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 18 дней назад
Namatii toltuu jabadhaa ❤😂😂
@NuureeJawaad
@NuureeJawaad 17 дней назад
Baga nagaan dhuftan qaxalee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AseBeyene-l7m
@AseBeyene-l7m 18 дней назад
Hirkoo kenyaa ❤❤❤❤❤❤ jabadhaa
@lattuuqero9728
@lattuuqero9728 18 дней назад
thank you all
@ararsabirudibaba1147
@ararsabirudibaba1147 18 дней назад
Jiraadhaa umurii haraggeesaaa❤
@KennooAbera17
@KennooAbera17 18 дней назад
Yeroo dhufte waa hin agarree Gamtaa? Maanni Hirkoo? "Sombaa Koo gateen garaachaan harganaa jira" jedhe hirkoon.😁😁😁😁😁 like godha 🌹 comment kana
Далее
HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA 4 FFAA
29:55
Просмотров 133 тыс.
А на каком языке ты ДУМАЕШЬ?
00:57
Growing fruit art
00:33
Просмотров 3,9 млн
HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA 5 FFAA
35:33
Просмотров 104 тыс.
/በስንቱ/ Besintu S2 EP.9 "ሎጅ 1"
34:47
Просмотров 908 тыс.
HIRKOO  MARSAA 2FFAA - KUTAA  1FFAA
32:08
Просмотров 205 тыс.