Тёмный

Imala guyyaa 11 bishaanirraatiin namoonni hundi biraa dhumanii kophaan hafe jedha Mohaammad. 

OBSTV
Подписаться 48 тыс.
Просмотров 21 тыс.
50% 1

Bidiruu nama 15 fe'atteettuun Liibiyaarraa gara Awurooppaa ce'eef qajeelan. guyyaa tokkotti qaqqabna jedhanii kan yaadan bishaanirra nyaataaf dhugaatii malee guyyaa 11 turan. hundisaanii biraa dhumanii Mohaammad kophaan hafe. Maaltu isaan mudate? kutaa 1ffaa isaa kunooti, daawwadhaa!

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 36   
@robageda7585
@robageda7585 3 месяца назад
Hojiin Rabbii guddadhaa hindhaqaabamuu ...galaatin sifyaata'uu waqaa uumaaf uummamaa..!!ammas Dhumaa ke sif yaatolchuu..Bro..
@sultanhope6810
@sultanhope6810 4 месяца назад
Midiyaan Ollaa keenyaa isin duursee dubbisuun........homaa miti haa jennuumee
@nadhiiyusuf
@nadhiiyusuf 4 месяца назад
❤❤❤❤kutaa lamafaa nuh it ansaa karaa citee senana
@kedirjuneydi6278
@kedirjuneydi6278 4 месяца назад
Kuulii dalagaa turanii 😢😢😢😢
@radiyaahusen8072
@radiyaahusen8072 3 месяца назад
Rabbii si haa lafisuu
@user-wi2qt4bm5b
@user-wi2qt4bm5b 3 месяца назад
Masha Allah bless you baga jaalate
@user-gd8dt4vf2d
@user-gd8dt4vf2d 4 месяца назад
Baga jiraatee har'a geesse😢
@user-ic8nz7qi2i
@user-ic8nz7qi2i 2 месяца назад
❤❤
@MuradMohamedAli
@MuradMohamedAli 3 месяца назад
❤️‍🔥💔🌻🍇💖🪷👍🌷🌷👍🪷💖🍇🌻💔❤️‍🔥
@AbdiiTubiiBiraffii
@AbdiiTubiiBiraffii 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas
@HangatuumiqibasHangatuumiqibas 3 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@seventhdayadventistchurchg2843
@seventhdayadventistchurchg2843 3 месяца назад
seenaa aja'iba
@user-go3sy9po6b
@user-go3sy9po6b 3 месяца назад
Please part 2
@TibebuMebrateTibebuMebrate
@TibebuMebrateTibebuMebrate 4 месяца назад
😢😢😢😢
@BirrishaTube
@BirrishaTube 3 месяца назад
Sennaa ajaa'ibatii
@IlmiiTube
@IlmiiTube 3 месяца назад
Hundaafu baga rabbi lubbu si olche
@walwajjinmedia8148
@walwajjinmedia8148 3 месяца назад
sagantaa hedduu baru,msaa qabudha,gazixxeesssa bosonaa mee yoo dandda'amee email koo kanan naqunnamii kiaaba kubbaa milaa obs irraattiii biyyaa ormaa irratti
@FiroHusen-xt7el
@FiroHusen-xt7el 4 месяца назад
Malii gazexessaan akkanaa fulaa ifaan namaa qoradhuu 😮
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 месяца назад
Bosaana akkanuma fuula isaarraa ifa hin dhabani nama ciima
@OroKush773
@OroKush773 3 месяца назад
Warra bekkamufa xawalawallee tahu kunii maalii garuu🤔🤔🤔🤔
@vibe_one
@vibe_one 4 месяца назад
Pingo Legend
@kedirjuneydi6278
@kedirjuneydi6278 4 месяца назад
Ay lammii ttoo😢😢😢😢😢😢
@LomeL12
@LomeL12 3 месяца назад
Malii kunii gazexesan gowan yo ini wayee wobo dubtuu wan biraa hasofsisaa
@TulluDhoyraa
@TulluDhoyraa 3 месяца назад
xumura sa ho???
@user-hw7wb2iq4z
@user-hw7wb2iq4z 4 месяца назад
Kuulii dalgaa turanii😅😅😅
@getahunbeyenetulema6634
@getahunbeyenetulema6634 4 месяца назад
Seenaan kee nama itti barsiisaa
@keneniwakshuma1595
@keneniwakshuma1595 3 месяца назад
Gurbaa ajawaan kun bakka dhaqu maratti maqaa wbo yoo hin kaafnr hin ta'uufi?
@dineeyaah0207
@dineeyaah0207 3 месяца назад
Isaa keessaa ture irraa beekta ati mana Abbaa keetii teese
@TulluDhoyraa
@TulluDhoyraa 3 месяца назад
Kutaa 2faa isaa
@doohaamedia_Director_nadrianas
@doohaamedia_Director_nadrianas 4 месяца назад
😂😂😂😂 Himameeysaan Maalif fuula Tuula?
@Birraa_430
@Birraa_430 4 месяца назад
Gaazexeessaan garuu naguma mitii ? Maaf nyaara guura yaa Sabaa
@bilanharawa45
@bilanharawa45 4 месяца назад
sure😂
@FiroHusen-xt7el
@FiroHusen-xt7el 4 месяца назад
Anuu maaf akkattii dukkanaa gzxsan fulaa dukkanaa
@dineeyaah0207
@dineeyaah0207 3 месяца назад
Harcaa bulee
Далее
Нарвался на сотрудника ФСБ⚡️
01:00
OG Buda - Сабака (A.D.H.D)
02:19
Просмотров 127 тыс.
Goobee Magaalaa Finfinnee Gooroo Bara 2016 1
37:13
Просмотров 5 тыс.
Lafti eenyummaadha. Koloneel Gammachuu Ayyaanaa
43:32
OMN: Muddama Baha Afrikaa
1:07:29
Просмотров 8 тыс.
Нарвался на сотрудника ФСБ⚡️
01:00