Тёмный

Tiktookera Wardaa Noolee [Wardaa Ahimad]; keessummaa Yeroo Jaalalaa, 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 577 тыс.
Просмотров 100 тыс.
50% 1

Tiktookera Wardaa Noolee [Ahimad Ahimad]; keessummaa Yeroo Jaalalaa,

Развлечения

Опубликовано:

 

18 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 231   
@haadhajaafar
@haadhajaafar 24 дня назад
Issin lamanu maqaan keessaan maqaa muslimati issin hoo amantan keessaan malidhaa rifensa forjidii kanan qulla demu yoom dhiftaan yoom toybatani garaa rabbi debitaan walahi rabbin issin haa sataruu duniyaan issin moyateraa subahanalah 😭😭😭😭
@ayyanoro
@ayyanoro 21 день назад
😢😢
@MahammadamanAbdalla
@MahammadamanAbdalla 27 дней назад
harargeen teenya hijaaba hin godhattan eenyu gammachisuuf RABBI dallansiiftan
@user-lq3hj4mv9b
@user-lq3hj4mv9b 27 дней назад
Raabbiin nufi isanilee Raabbiin nuha qajelchuu😢
@gulalemedia1309
@gulalemedia1309 26 дней назад
Warumaa tokko tokko maqa nuchatee
@umujawar8608
@umujawar8608 26 дней назад
Hunda miti bro nuti hijabumaa wajjiin of baarree
@haadhajaafar
@haadhajaafar 24 дня назад
😭😭walahi gara nama nyatuu subahanalah yeroo akkati qulla ta'aan kana oso sakratal mow itti dhufee hoo mal jedhuu 😭😭👌
@obsatemesgen469
@obsatemesgen469 23 дня назад
ijaabni sirrii miti, mirga shamarranii dhiibuudha kun
@NaNa-cm6hc
@NaNa-cm6hc 27 дней назад
Jalaltii wan nama hin gonee hin qabduu 😢😢😢😢 garuu lesh mataa qullaa demtuu rabiin issiin haqajelchuu inshaallah
@AfendiAbdi
@AfendiAbdi 27 дней назад
Hin bochuu dubboo
@user-xk2bk2yg7d
@user-xk2bk2yg7d 26 дней назад
As wr wb rabbii ja'a maqaa hararigee hin balleessiina rabbii soddadha
@abdiiAlbolka
@abdiiAlbolka 7 дней назад
Dhaamsa obbolummaa Dursa Hamdiyaa dhaaf!! Obboleettii tiyya qaalii Hangan beekuti Amantaan kee Islaamummaa dha! Ati dhugumaan nama miidiyaan malu! Rabbiin Guddaan dandeettii haasawaa fi Aqlii bareedduu siif kennee jira!!! Miidiyaa kana irratti namoota heddutu si hordofa waan taheef rifeensa kee kana akka amantii islaamaa ajajutti osoo itti uffattee.....baayyee si kabaja si jaaladha!!!
@jamelteha
@jamelteha 21 день назад
Aadaa ofii ibsachuun Amantaa ofirra bahuudha Wly shamarri keenya Rabbi sodaadha please please please
@zamzamamanzamzamaman1980
@zamzamamanzamzamaman1980 26 дней назад
Umataa masiyaa irraa dhiqaa jirtaan bari isiin yomi wolatee akkaa harmaa ta'ee yoo fetee haa uftuu yoo fetee haa dhiftuu rabbii irraa gaftaa
@user-to2st7ux7h
@user-to2st7ux7h 26 дней назад
Sheeyxaanaa fi Dhaalaan Takkuma.....TUNI SILAA DHUGAAN MUSLIMAA AMMA.....ABOO RABBIIN SIHAA QACEELCHU
@lensatofiq7313
@lensatofiq7313 27 дней назад
Uff rabbi isin haaqacelchu dhala tun tiqqo beekkamti arkannan soda rabbin qabdu rabbi sodadha rifeensa keysan sattaradha
@user-ev6wz5xu5q
@user-ev6wz5xu5q 20 дней назад
Mashllha mashllha misskkin dharbbi anibayye sijaladha garuu wardaaye rifesske ufdhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-to2st7ux7h
@user-to2st7ux7h 26 дней назад
Ummata maqaan muslimaa Kan ofii amantii isaa hin beekne kana maaliif akka affeeraantu na dhiba Ana.......TAN NAMA AFFEERTU SHEEYXAANA TAN AFFEERAMTUS SHEEYXAANA ...KOLKOLOO JE'E SHEE K AMIIN IBROOO😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@gammee12
@gammee12 25 дней назад
Hamiltan tv mitiim kun OBN dha. 😅
@fozzee27abdolla84
@fozzee27abdolla84 7 дней назад
Kolkolee hadhakee atii nama kabajaa hinqabne ijolee jimma jibitu duriyye esatii bekata wa.we jalala jaldessa maganike bulguu utun siargee sinajesa bukoo
@user-sv7je3py1i
@user-sv7je3py1i 27 дней назад
Baayyee bareedu ❤❤isin jaalanna
@user-lf5gs7ii2y
@user-lf5gs7ii2y 27 дней назад
Rabbii Wali siin haa deebisuu wallhi inshaa alla rabbiin rakko jiduu kesa jiruu haa fixuu 😢😢
@qananimohammed541
@qananimohammed541 26 дней назад
Rabbiin isinifii anaas nuhaa qaceelchu wlhi addunyaan tun gabaabduudha
@iftuuau-dw7xw
@iftuuau-dw7xw 26 дней назад
Rifeensa qullaa hin bareeddaan
@Aslam-Samir1
@Aslam-Samir1 26 дней назад
@WardaaNoolee dhugumatti nama khabajamtuu fi jaalatamtuu teenya nuuf jiraadhu. We love you Qashtiiyee ❤🥰
@user-se6wr9zd7r
@user-se6wr9zd7r 26 дней назад
Wou ufaata keessani ❤❤
@Dabbaal1
@Dabbaal1 27 дней назад
Sagantaa jaalalaa irraati na aferii hamdiyaa seenaa jaalalaa bayyeen qaba
@johntalila9854
@johntalila9854 27 дней назад
8331 irraatti ergadhu
@nazimumohammed2667
@nazimumohammed2667 27 дней назад
Carraa Media arganne jettanii mataa qullaa hin waraabaminaa
@SfGg-cs6bo
@SfGg-cs6bo 24 дня назад
Wardaa tiya sin jaladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@maliharabii1837
@maliharabii1837 12 дней назад
Intalaa nolee Qalii nuuf jiradhuu yene liyyu 💋💕💘💘
@tediadugna99581
@tediadugna99581 25 дней назад
ayiii haraargee miskinaa quulqulluu oromoon qabuu sobaa hin beekaan 🥰🥰
@SafinaBadso
@SafinaBadso 25 дней назад
RABBII. UMERII.KEE.DHERESEE.NAMAA.KESUMAA.TA.UU.NAA.HAA.GODHUU❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@masuudmuktar2170
@masuudmuktar2170 24 дня назад
Maa shall jabaadhu
@biiftuu383
@biiftuu383 27 дней назад
Dhugaa keeti👍👍👍👍
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc 8 дней назад
Tapnii kessan namatii tolaa❤❤❤❤❤
@husniyaadam2549
@husniyaadam2549 27 дней назад
Wardaa tenyaa qashti intalaa nollee ❤❤❤❤❤❤❤
@masii909
@masii909 27 дней назад
Rabbiin walif isiin yadhisuu
@user-fu5cp7lz6d
@user-fu5cp7lz6d 12 дней назад
Wowww
@aliifahmed557
@aliifahmed557 26 дней назад
Wow
@SamiraaShanqo
@SamiraaShanqo 27 дней назад
Woradaa daraa bayesitee duraa bareda❤❤❤❤
@kimiyamahmad1055
@kimiyamahmad1055 17 дней назад
Warada tenya qali takiti nolle rabbin jarsa ke wajin waliti isin ha debisu hedun si jaladha gamachun naf jiradhu❤
@nolashacusub127
@nolashacusub127 10 дней назад
dubartiin islaamaa mataa qullaa deemuun hin barbaachisu rabbiin isin haa qajeelchuu
@tolosamerdasa7288
@tolosamerdasa7288 27 дней назад
Good
@user-mz2ir9dy1e
@user-mz2ir9dy1e 26 дней назад
Wardaa qashxii teenya ❤❤❤
@user-xm6cx8je5y
@user-xm6cx8je5y 20 дней назад
Yes
@momiinaahmed8701
@momiinaahmed8701 27 дней назад
As wr wb Rabbiin isiin haa qajelchuu hadaraa.mataa.qullaa hin deminaa
@shamsahmohammed13
@shamsahmohammed13 26 дней назад
Bareedu Tenyaa Takkitti Nolee ❤❤❤❤❤❤❤❤sanyii too
@ShukriyaShuk
@ShukriyaShuk 25 дней назад
Shukirii
@user-ln9uw9eg1y
@user-ln9uw9eg1y 27 дней назад
Wahuuuu ufani kesani hedu bareda ❤❤👌
@user-sq9vg8pq3t
@user-sq9vg8pq3t 27 дней назад
❤❤❤❤❤
@user-mc9yv5xv1e
@user-mc9yv5xv1e 24 дня назад
Woyii jalaala 😭❤
@user-xm1go7ie8q
@user-xm1go7ie8q 26 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@tolosamerdasa7288
@tolosamerdasa7288 27 дней назад
Wardaa qashtii koo sirratti duulaan
@ShemsiyaHamino
@ShemsiyaHamino 10 дней назад
Dhuga keetii ilmo Isa Haa ilaalu
@user-sx6hm7lg6o
@user-sx6hm7lg6o 21 день назад
Ani intalaa kanaa sabboontuu arguu jibbeera maalif jenaan seeraa amantii hin kabajaan maqaan isaani musilimmaa garuu isaan immoo rabbii haa qajeelchuu malee Dhifamaa na godhaa malee ijoolleen harargee Kan hin sataratan an akkan beekuu ti haraargen biyyaa musilimmaa ttin beekaa
@Shukrii519
@Shukrii519 26 дней назад
Wayyi Jaalala Waanii Namaa gonne qabuu😢😢
@mubiinaafaaris
@mubiinaafaaris 17 часов назад
Adaraa Rabbii isin lamaanuu duuniyaa duukka fiiguu dhiisaa towbadhaa gara Rabbii deebi'aa jiruun duuniyaa gabaabduudha! Hijaaba islaamummaa faayasan kan itti boonan itti qaanfattanii? Rabbi sinhaaqajeelchu
@user-pf6lw6yk2i
@user-pf6lw6yk2i 26 дней назад
Amshrii❤
@biiftuu383
@biiftuu383 27 дней назад
😘😘😘😘🌹🌹😘😘🙏🙏🙏
@user-dp7dm2ui7y
@user-dp7dm2ui7y 27 дней назад
BayyeeNamatiTolaaYeroonJalalaa
@saradamisee1972
@saradamisee1972 27 дней назад
@MudaasirSearch
@MudaasirSearch 27 дней назад
Eysumaan siif 🎉thaa
@ibsaoromia4152
@ibsaoromia4152 25 дней назад
hoolaaa bahaaa jaalalaa keessa jira×100😊😅
@feruzaoro1714
@feruzaoro1714 24 дня назад
😢❤
@mdiqbaliqbal8271
@mdiqbaliqbal8271 27 дней назад
Hamdiya ani bayyeen si jaladha kolfi kee desi na jedha❤
@Xayyeeahmad-gp4ff
@Xayyeeahmad-gp4ff 26 дней назад
❤❤❤❤
@HhdUhhd-do7xp
@HhdUhhd-do7xp 27 дней назад
😢😢😢😢😢😢😢😢walitii isin ha debisuu
@lailagobee874
@lailagobee874 26 дней назад
Warrdaa ❤
@user-ec4if5by5y
@user-ec4if5by5y 23 дня назад
Dunyaanii gababududhaa sattiraadhuu giftii😢😢😢😢😢😢
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 27 дней назад
As wr wb wlh o obolewani koo Raabii jedhaa ufaadhaa mataa kesanitii😢😢😢😢😢
@raahamuhamad1687
@raahamuhamad1687 26 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@mashooarsiishashee7092
@mashooarsiishashee7092 24 дня назад
Shamaraan Tenyaa tani Harargee tuni maa akkana tatuu subanallaah
@user-pi2jf4pq2e
@user-pi2jf4pq2e 26 дней назад
Bakka yeroo jaalala silaa yeroo jimaa jatte yaamtee das jahaa bar wardaa
@user-wv9hk1zs5q
@user-wv9hk1zs5q 26 дней назад
😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@moisse5646
@moisse5646 9 дней назад
An nole kesa Oromo, Oromo kesa mene Maru,
@user-uc8sv9dz5n
@user-uc8sv9dz5n 11 дней назад
Wawu hamdiya qash xi baredutiya
@abdiigadaa8957
@abdiigadaa8957 27 дней назад
haasaan harargee akka dammaa miáa
@shjdhaid4271
@shjdhaid4271 26 дней назад
jalala dura of sataradhu gowa
@misiraamisiraa8141
@misiraamisiraa8141 13 дней назад
لاحول ولاقوه الابالله💔😭😭😭 Maalii ballan buttee waayyoo naabaddee ani wallahii media gubbaatii rifesaa qullaa maalii yaa obballewwan koo 😭😭😭😭😭😭😭😭
@fareedaabdullah1326
@fareedaabdullah1326 25 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@faaxeefaaxee100
@faaxeefaaxee100 26 дней назад
😢
@ShukriyaShuk
@ShukriyaShuk 25 дней назад
Shukirii
@SifanKasoo
@SifanKasoo 27 дней назад
🎉
@jamelashako6219
@jamelashako6219 26 дней назад
Woyyoo jalala waan nama gonnee hin qabdu ,garuu woli argatan ,kani adda bayaan ballessan malee rabbii wolitti isiin haa deebbisuuu 😢
@user-zb2vq6vt2z
@user-zb2vq6vt2z 21 день назад
waaqayyoo walitti siin yaa ararasuu
@user-xm6cx8je5y
@user-xm6cx8je5y 20 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-yo7et4fe8d
@user-yo7et4fe8d 26 дней назад
😢😢😢😢
@biiftuu383
@biiftuu383 27 дней назад
Baay’ee bayeessa
@user-uf6nf4mm1m
@user-uf6nf4mm1m 26 дней назад
❤🎉🎉❤
@user-rd3gq7zf6b
@user-rd3gq7zf6b 8 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DagagaaLelsa
@DagagaaLelsa 24 дня назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😢😢
@UmmuAmmar-zd6qz
@UmmuAmmar-zd6qz 27 дней назад
Akka holaa mataa qulaa yaatii
@IfaaDhalootaa
@IfaaDhalootaa 26 дней назад
Intel atti dubraa jennaan Namittiin durgaa jetteen Yeroo teettiti dhugaadhaa
@SHUKARJAMAAL
@SHUKARJAMAAL 9 дней назад
Salamtuu
@lailagobee874
@lailagobee874 26 дней назад
Meti ijabani
@KeebeekiiwaanofiiOromiyaa
@KeebeekiiwaanofiiOromiyaa 26 дней назад
Sin jalaadha bareedduu tiyya
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 19 дней назад
Wardaa qashitt namaa jalalatii.akkaa namaa hin gonnee hin qabdu barii
@samialadwan6806
@samialadwan6806 22 дня назад
💔💔💔💔💔😭😭😭😭
@user-qb6sn8gd9g
@user-qb6sn8gd9g 22 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@shamsahmohammed13
@shamsahmohammed13 26 дней назад
😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@user-ez7rr1fg1r
@user-ez7rr1fg1r 17 дней назад
𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢😢 𝐢𝐜𝐜
@Hangatu4
@Hangatu4 18 дней назад
Raabiin issini haa qajelichu rifensaa ufadhaa
@SmilingGouldianFinch-ry7zw
@SmilingGouldianFinch-ry7zw 26 дней назад
❤😂
@user-pi2jf4pq2e
@user-pi2jf4pq2e 26 дней назад
Wardaaan ta nooleeti ga welcome oromo 🎉
@HafiisAhamad
@HafiisAhamad 27 дней назад
Warda jalala hin beyituu jan ka
@NaimaaAbdurahmaan-nw7gu
@NaimaaAbdurahmaan-nw7gu 21 день назад
Intala islaama tatee akatii riifansa bana Miidiyya guda kanara Batee Afaan banti ish😢Rabbii siha qaceelchu
@zeki9199
@zeki9199 20 дней назад
Warra Dire Dhawaatii afaan walkheesa laayxaa
@aslii162
@aslii162 27 дней назад
Warri as jalaa waa barreessu kun hundi keessan dhalaadha maali rakkoon isiin irraa qabdan warda rraa
@nejiahm
@nejiahm 27 дней назад
Wasenee janaan moo wardaa janaani hijaaba malee 😢😂😂😂😂
@NuriyaAdem-zk9dc
@NuriyaAdem-zk9dc 26 дней назад
😂😂😂😂
@user-nt4fv8fv6t
@user-nt4fv8fv6t 22 дня назад
Kkk😂😂😂
Далее
The idea of ​​making a badge is so cute ❤️
00:44
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
00:19
Просмотров 7 млн
Нюша на премии МУЗ-ТВ 2024 #нюша
00:11
IFAA GAMMACHUU. SEENAA......
5:38
Просмотров 7 тыс.
Oromo music - Jireenya kiyya - Oromo 💘 song!
5:11
Просмотров 275 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:06
Просмотров 51 тыс.
Shukri Jamal - Furtuu -(Official Video)
6:16
Просмотров 671 тыс.
Канапе 🍢
0:43
Просмотров 5 млн
Салам алейкум
0:57
Просмотров 1,9 млн