Тёмный

Jaalalaan Miidhageen,Ittiillee Miidhame (Guraandhala 17 ,2024)Finfinnee. 

Waliif TV
Подписаться 67 тыс.
Просмотров 101 тыс.
50% 1

Jaalalaan Miidhageen,Ittiillee Miidhame (Guraandhala 17 ,2024)Finfinnee.
Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf👇
EthioSat NSS12E- Freq. 11604 Symb. 45000 Pol. H
Facebook- WALIIFTV
RU-vid- / @waliiftv
Telegram- t.me/waliiftvofficial
Tiktok- www.tiktok.com/@waliiftvofficial
Waliif TV Ilaalcha haaraa

Опубликовано:

 

16 фев 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 459   
@OroQueen
@OroQueen 5 месяцев назад
Dhaamsi kun Akka jaarsa kee bira gahuun barbaada ture😢 Niin hubadha biyya Faranjiitti Jaartii takka qofa akka fuudhuu dandeessj garuu Haadha manaa keetii please laali Yoo dadhabde Muciyyoo si malee hin beeyne takka Akka isiin jireenya mataa isii jiraattu Taasisuuf Yaali akka obboleetii teetiitti akkasuma Guyyaa jalqaba jaalala eegaltan San yaadadhu Obboleessa kiyya Please yoo isiif tahuu baattees Ilmaan keetiif Carraa uumiif Yeroo san ilmaan Haadha ofii hin darbanii Please Obboleessa kiyya Yoo Qophii kana ka ilaaltu tahe Akka Itti yaadduun Dhaamsa obbolummaa siif dhaamuu barbaada 😢Sorry obboleetii tiyya Boru siif dabarti Akkatti hin haftu ati Dubartii cimtuudha
@hamziyatube
@hamziyatube 5 месяцев назад
😢😢😢😢
@amiirabdulmume7317
@amiirabdulmume7317 5 месяцев назад
Dhugaan jiiruu kanuumaa wlyhii ❤
@SartuMuhammed
@SartuMuhammed 5 месяцев назад
Dhugaa ketii
@xayibaxayiba1216
@xayibaxayiba1216 5 месяцев назад
Hii dhira gara naa nyaatee 😢😢😢😢amshir oboletii
@kulanimengesha9936
@kulanimengesha9936 5 месяцев назад
Garaa nama nyatiii maloo amma ille fiduu dandaa ijoolee kee ille fidii please 🙏
@saaadaawallaagga
@saaadaawallaagga 5 месяцев назад
Ayyiii 😢😢😢wayyi jalalaa wallahi ani nan boohe uffffe haadhoko giftiikoo Rabbi furimataa siif haa fiduu
@yasinkasim3705
@yasinkasim3705 4 месяца назад
Jireenya gaarii jechuun nama dhugaan si jaalatu qabaachuu jechuudha .ati yaa obboleessa Abbaa manaa Keeyriyyaa Carra qabeessa turte nama akkatti lubbuu ofii siif baasu qabaachaa turuun kee .garuu si caalaa beeketii miti ka abbarra beeku budaadha jette oromoon tahus intala tana ija raahmataatin laali please yoo sagantaa tana laaltee jiraatte. Inni biraa , obboleettii teenya ati rabbi obsa siif haa kennu waan caalu rabbiin siif laatu.jabaadhu
@OromiaH
@OromiaH 5 месяцев назад
Yaa Rabbii Onee Jaalalaan Madoyteen Tan Fayyissif Ni Dandetaa Atti!!! ❤❤❤❤❤❤waan jedhuu hin qabu rabbii qofa siif kkadha.
@AbduroHarar
@AbduroHarar 5 месяцев назад
Guyyaa tokkoo jiruu Gaarii ni jiraatta abshir Sister
@kamalomar7386
@kamalomar7386 5 месяцев назад
Wallahi hedduu Nama Miidhatii.dhugaa namni akka micayyoo tana garaa naa nyaate hin jiru.osoon biyyaa san joraadhee isponsaara taheefii Namuuma jalaattuu kana ijaan akkan isiin argituu goodha
@ismaelabdurahman919
@ismaelabdurahman919 5 месяцев назад
Ji'a 6 caala turuu hin dandahan ani gama kiyyaan badhaasa imaana jaalala kan addunya sif kenne dhugaa Imimman qabachuun dadhabe❤❤❤
@muazramadan2284
@muazramadan2284 4 месяца назад
Atti Badhasah Rabbitii Obollti tiyya Aabshir Nii dabartii😢😢 Garruu illmoo dhirra Garra jabachuu hin qabbu turre Waly obollesa kiyya guyya wallitti dhufittan sanni yaddadhuu waly Garra chabachu hin qabduu sin jaah 😭😭
@saidhebbo5865
@saidhebbo5865 5 месяцев назад
Yaa rabbi kiyya jarti akkanati na jaalatu naf hiri INSHALLAH
@user-xp4pn9wc4r
@user-xp4pn9wc4r 5 месяцев назад
Amin
@user-xp4pn9wc4r
@user-xp4pn9wc4r 5 месяцев назад
Anafiille jarsaa akka ishii najalalttu
@ggff8398
@ggff8398 4 месяца назад
😢😢😢ko
@jemalabdulhakim84
@jemalabdulhakim84 5 месяцев назад
Dhuga jabdu intalaati keyriyyan!!! Rabbi dhugaa kee siif haa baasu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Goototaa Beekaa akka miidhaginaa akka yaadatti wal'ansaa dhibeen qabeenyaa Walif Walif TV Eegumsii akkaEegumsaattii Qaamarraa Gaaddisaa Aswrwb Maashaa'Allah Maashaa'Allah maddi itti fayyaa teettuus Eegumsaa dhoksaa deemsis Rabbiin si haatiksuu
@African630
@African630 5 месяцев назад
nama akkannatti namaa jalaatuu argaachuu caala jiruun kanaa caaluu hin jirtuu ebbifammi mucayyoo kan sii jaalatu siif haa keenuu
@user-gg3ml2tk5n
@user-gg3ml2tk5n 5 месяцев назад
Sangantaa walif tv hedduu bareedii jabaadhaa ittii fufaa ❤❤
@kedijajemal8203
@kedijajemal8203 5 месяцев назад
Hangaan lafa kanarratti jiraattu nama biraa caalaa ufiif bakka kennuu yaalii ilmi namaa gaararraa dhaa😢
@QAALII12
@QAALII12 5 месяцев назад
Wayyoo Jaalala dhugaa namni qabu Nama akka keetii kan wallaahi ❤❤❤❤❤❤
@obsa5107
@obsa5107 5 месяцев назад
Waaqayyo akka garaa keeti ilaale walitti isinaa ha deebisu ati nama qulqulludha abshir rabbi siif jira ijoolle tee ilaali jajjabadhu atu jabddu akka sibilati
@semirahaji6449
@semirahaji6449 5 месяцев назад
Masha Allah barredu tiya atti nama jabdudha insha allha atti gara fuldra
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 5 месяцев назад
Duranu namni halan gari amala qabesi numa midhama yoo nama ijaa jabatu tahe malee rabbin haqa kee sif basee gubara si ha ansu inshaa Allah guba kana kessa rabbin si ha basu ilman ketis rabbi bakan sif ha gayu baredu tiyya atii abba fete calta Walhi hasawni ketuu maluma kee ni hima tasgaboytu intala rabbin si cina ha jiratu waan sif taha isatu beka ka ati yaden oliti rabbin si ha milkesuu walhi abshir 😢
@chaltudawe2957
@chaltudawe2957 5 месяцев назад
Yaa keyriyyaa tiyyaa rabbiin dhukkubbii tee tana sihaa fayyisu hedduun si dinqisifadhe garuu lubbuu teetiif bakka kannii isarraahis if qabi osuma jaalattuu hedduu jala hin buin ifuma sosibi jirenya kee atin nama barbaadurra namni si barbadutti jijiri inshaa allh hundaafuu jabaadhu atin jabduudha hedduu si jaalannaa❤❤❤❤
@purplestars029
@purplestars029 5 месяцев назад
You don't disreve him at all. Even after this. Unless you wanted to get hurt yourself again 😢😢😢😢😢 walahi he will never be the same again. Don't wait for him ❤❤❤ because you are strong 💪🏻 ❤️ you showed it already
@JafarYusuf-lc8om
@JafarYusuf-lc8om 5 месяцев назад
Rabbiin jaalalaa ummee furmata siif haa latuu
@HhdUhhd-do7xp
@HhdUhhd-do7xp 5 месяцев назад
Mee mal yoo gonee Dhiraa tenyaa tanaa amanaa yaa sabaa koo😢😢😢 Abshir Bareduu tiyaa Senaa kanaa rabiin siraa ha jijiruu
@deyasdeme
@deyasdeme 5 месяцев назад
Baay'ee nama gaddisiisa dhugaa! Osoo ta'uu baatee jedheen hawweef; gurbaan garuu hin ta'u yoo xiqqate dhugaa jiru itti himee abdii akka hin goone gochuutu irra ture,.... Osoo ogeessaan gargaaramteemmoo gaaridha, akkanatti itti fufuu hin qabdu; amma dhufees ishee hin fayyadu waan ta'eef.
@user-bi4bq1dj3i
@user-bi4bq1dj3i 5 месяцев назад
Abshir obaleti tiya❤❤❤
@damtewitisaa
@damtewitisaa 2 месяца назад
Waliif TV bayyee 3 siin galateffadhaa guddaa muuf galoomaa ittii muuf fuufaa warraa quqqamaa namaa fulaa lalee garaati bekuu. nuuf jabadhaa
@hatta1235
@hatta1235 5 месяцев назад
Rabbi jalala durii Tessanai issin haa ebisu
@rahemahoromo5484
@rahemahoromo5484 5 месяцев назад
Wlh bilhii dhugaa rabbii dubachufii i😢😢😢😢😢 imanii dhugatinii bohee dhugaa rabbii ani dubartii cimituu akkanaa arigee hinii bekuu wanumaa fedhefuu amishiir yaa obboletii koo
@AbdiAliyii-sd6ou
@AbdiAliyii-sd6ou 3 месяца назад
mashaa allhaa walahii anii wanii siin ja,uu qabuu rabbiin obsii furtuu waa maratii tolee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bmtube14
@bmtube14 5 месяцев назад
sabboontuu dhimma jaalalaa irratti na afeeruu qabda sagantaa takka dhugaa jaalalti hedduu na miitee waan jirtuuf
@sadamohammed4297
@sadamohammed4297 5 месяцев назад
Wly habibiti tiya hedu nama obsa qabu ati masha Allah rabini ilman ketifa umri si ha dheresu ya habibiti tiya ❤❤❤❤
@seenaajireenyaa3350
@seenaajireenyaa3350 5 месяцев назад
Ati dubartii cimtuudha jabadhuu rabbii akka keessaa gara ketit sii haa milkeessuu ❤❤❤
@user-bu2ic9yg6p
@user-bu2ic9yg6p 4 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤Urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿urjii too 🏵️🏵️🍃🌱🧿🧿
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 месяцев назад
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Goototaa Beekaa akka miidhaginaa akka yaadatti wal'ansaa dhibeen qabeenyaa Walif Walif TV Eegumsii akka qaama itti fayyaa teettuus Eegumsaa dhoksaa deemsis Rabbiin si haatiksuu
@RemedanAhmed-sv2dh
@RemedanAhmed-sv2dh 5 месяцев назад
Yaa obboleetti tiyya rabbiin miidhama kee kana si haa fayyisu. Wallahi heedduu ulfaata 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@HarargeeEntertainment1484
@HarargeeEntertainment1484 4 месяца назад
Please wallaahii billaahii ati rabbiini galata kee sif haa kafalu dhugaa ilmi namaaa kun kanuma adda addaatii jiraa dhuguma yoo rabbi beyte haqa miciyyoo tanaa ofirraa Kafali Kafalus hin dandeessu osoo waan feete gooteefilleedhaa garuu yoo xiqqaate koottuu laalii tan hafte rabbiin sirraa haa kafalu guyyaa boruutii inshaa allaah
@abdicarcar7600
@abdicarcar7600 4 месяца назад
Hundaafuu rabbiin obsa siif haa kennuu
@AweeOsman
@AweeOsman 4 месяца назад
I hope you will pass what's left. Everything is for temporary. You are a winner of love.
@miftabeshre
@miftabeshre 5 месяцев назад
Seena ajaa,iba wlh sister jabaadhuu
@qananisiraj8579
@qananisiraj8579 5 месяцев назад
Ahhhhh onne❤ nagubde tasgaboytu tiyya
@user-ti7ck9mw1e
@user-ti7ck9mw1e 5 месяцев назад
😢😢😢𝐖𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐰𝐥𝐲 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐧𝐚 𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞😢😢😢😢😢
@alimaadam1368
@alimaadam1368 5 месяцев назад
Uuuufffff seenaanikee nama boochisaa namati dhagaayama😭😭😭 Wan biraa hin jedhu rabbii obsaafi sarbii siif Haa kennuu Garuu hangaana hundaa maa isaa wojjiin miidhamaa Wogga dheera kana isaa eydee inni sii gaate sii yaadataa hin jiruu Jirenyaakee jiradhuu ilmaan isaa haa yaamatu Konkoota dhira muslima worraa 2 fudhan rabbii lamaa isiini hin bulchiini Takkaa hin horaane 2ffaa figaa gadhen sareen Ilmaan gatee hudduu dhalaa geddaraa demaa
@imranabdurahmanmisbah2618
@imranabdurahmanmisbah2618 4 месяца назад
Jalaa America 🇺🇸 itii jiraa malee kaa kiyyaa mitii bekka jaalaa kuraa isiin baalbaalshiti kijibduu tiiyan boo😅
@Saadaatube
@Saadaatube 4 месяца назад
Amashirii qali nama dubaratii cimituu❤❤❤🎉🎉
@FayooBaalee
@FayooBaalee 4 месяца назад
Rabbii jazaa hin debafi obsi Abshir inshaa allha
@AnisaAbrahim-hz7or
@AnisaAbrahim-hz7or 5 месяцев назад
Jabadhu ilmanketif
@user-vk5jh2pe8f
@user-vk5jh2pe8f 5 месяцев назад
Rabbi si ha gargaru bareddu tiyya 😢
@user-hz2lu9kz1t
@user-hz2lu9kz1t 5 месяцев назад
Keyru Jirenya wajii dabrsite san hunda dagate nuren iyyi durru warsani rako qaba jaza sani rabii haa kafluf.
@wariituuyusuf9951
@wariituuyusuf9951 4 месяца назад
Abshir nbse tiyaa 💔 😢😢😢
@RozaRoza-vf8xu
@RozaRoza-vf8xu 5 месяцев назад
Wallahii qalbii nama cabsaa uuuuuuufffff Yaa rabbi 😭
@FatmaKader-rc1vw
@FatmaKader-rc1vw 5 месяцев назад
Rabbiin dadayadha waliti isin hadebisuu❤❤❤☝️☝️☝️☝️☝️😭😭
@user-sv7je3py1i
@user-sv7je3py1i 5 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤ haadha tiyyaa jabaadhuu jabaadhuu rabbitu siif jira atu mucaa daa'ima
@falmataabdi3705
@falmataabdi3705 5 месяцев назад
I never ever seen really appreciate wlh Iron lady big respect
@muazramadan2284
@muazramadan2284 4 месяца назад
Waly nama Akka keetii Dachii tannara hin jiruu Nama Jalala dhugaa qabbu si malle hin Aaggre Eggani dhaladhefi Assi jiiddu
@Asmaa539
@Asmaa539 4 месяца назад
Dhugaa gurbaan bayyee gowaadha 😢miyoon tuni heduu garaa na Rasee storyn isii 💔 dubartiin lama hin takkaa hin wolalaatuu jedhe oromon onnee qulqudhaan ijolaan isheetin waan jallateef keesssii ishee bayyee midhaame 😢ini garu malqaa argaate biyyaa garii demnaan jalalaa akkanaa bareeduu tana borreesse hafee waan hojii issaa Rabbii isaaf haa laatuu Amishir atti ijolee ketif jiradhu bareeduu too ❤❤❤❤❤
@user-ny2fn1eu6o
@user-ny2fn1eu6o 5 месяцев назад
Mashalla dubartin akkan ima jirt rabbi umri sii haa dheresu walhi bayye gara naa nyate 🌷🌺💓
@Human-kind-fear-Allah
@Human-kind-fear-Allah 5 месяцев назад
Zj rabbin nikafalaf inilen gamade jirachuf hin jau kan nama bochise anininis boyetuma jirata ❤❤
@Wardatube235
@Wardatube235 5 месяцев назад
Aaaaah yaaa dhira tana gara jabenyaa isanii 😢😢😢
@masaramasara1595
@masaramasara1595 5 месяцев назад
Baayyee garaa namaa nyatii rabbin haqa kee sif haa basuu 😢😢
@hawwiimucaayawayidoo4156
@hawwiimucaayawayidoo4156 5 месяцев назад
Uuuufff seenaa Aja'ibaaatti jabadhuu obbolleettii teenyaa 😍😍
@husseinseid8440
@husseinseid8440 5 месяцев назад
Lakkosfa sabotu na erga❤❤❤❤❤❤
@beharmejid7545
@beharmejid7545 5 месяцев назад
Dubartii jabduudha ati ilmaan keetiif waan gaarii yaaduukee hedduun dinqisiifadhe akka nama tokkootti !!!!
@purplestars029
@purplestars029 5 месяцев назад
You are still beautiful 😍 and strong 💪🏻 ❤️ woman 👩 💙 ❤️ ♥️ you still standing 🧍‍♀️
@asliientertainment328
@asliientertainment328 4 месяца назад
Rabbiin rahamata haa godhuufi 😢😢
@FadliAhamed
@FadliAhamed 4 месяца назад
❤aah heddu garaa na balleessite nan boo'e wallaah. Rabbi carraa isa dabre san caalu siif haa kennu Rakkoo booda furmaataatu jira
@adaambuullo4992
@adaambuullo4992 5 месяцев назад
Rabbiin akka kheeyrii siif haa filu habiibtii
@Hayatmustafa7286
@Hayatmustafa7286 5 месяцев назад
Wallahii Akaan Namaa Jabadudhaa Yaa Salaam Way Jaalalaa Dhugaa Kanaa Fakkaata
@AhmedSani-cz4rt
@AhmedSani-cz4rt 4 месяца назад
Waayii❤❤😢😢😢😢😂😂😂onneen qulqulluuun ni miilkooyti,ni miidhamtiisi jiraadhu me
@ToofiqAbdallaa-je7pg
@ToofiqAbdallaa-je7pg 2 месяца назад
Dilumaa kanaa itii jabatee isii
@lenyusuf4578
@lenyusuf4578 5 месяцев назад
Kheyrumafii kheyru tenya baga nuf gumachitee nufile barnota gudha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤jazan khe janta ha tahu buan jalala tetii
@asmaasry1534
@asmaasry1534 5 месяцев назад
Wanumaa sin judhuu nii dhabee akkaa hojii isaa rabii isaa haa kenuu sifs rabii kaa irraa calaa tahee sif haa filuu oboleti too da'imani tee rabii galmani sii gahee sii haa gamachusuu❤❤❤😢😢😢
@faxumatube5843
@faxumatube5843 5 месяцев назад
😭😭 rabii sabarii sifii haa kenuu
@SumeyaTahir
@SumeyaTahir 5 месяцев назад
Masha Allah baga rabbiin obsaa sif kenne ❤
@LaoThaio
@LaoThaio 5 месяцев назад
Abshir obboleettii tiyya Rabbiin ati isaaf jecha waada eegde sun jannata keessatti waan guddaa siif qopheeseera. Ati dhugumaan intala jabduudha. Ati dhugumaan haadha ilmaanif yaaddudha; isallee Rabbiin of beeksisee sii fi ishis qixa horatu haa taasisuu.
@user-xh2zp6bn8f
@user-xh2zp6bn8f 5 месяцев назад
❤Atii dhugaatti dubartii Cimtuu fi Jabduudha Rabbiiin haqaa kee haa baasu
@user-vi3ss3et8k
@user-vi3ss3et8k 5 месяцев назад
Rabbiin haqa kee siif haa baasu obboleeytii tiyya
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 5 месяцев назад
Wayyii jalaala Malii Goodhuu Keena Rabbitti
@user-vu1zh9xj3m
@user-vu1zh9xj3m 5 месяцев назад
Mashalaa mashalaa rabbiin irsqii gudaa si haa banuu
@sabontumustafasado5946
@sabontumustafasado5946 5 месяцев назад
Waan jedhee comment baressu wolalee rakkini kenyaa bakkaa osso hin habifatiin dhiraa jalachudhaa 😢😢 abshir
@user-ss6um6wc9f
@user-ss6um6wc9f 5 месяцев назад
Walh blh jirenyaa kiyya kessati dubarti akkana aduuniya irrati dhisii wlh manabattu arge hin beeku yaa allah garu gurba kana maluman jaa'an😢😢
@maniyb4maniyb422
@maniyb4maniyb422 4 месяца назад
Wly Rabii jazaa isaa Haa kafaluu 😢😢😢
@user-hn6xh8gq8w
@user-hn6xh8gq8w 4 месяца назад
Wagaa 13 isaaf jetee obsaa turtee iratii fudhee. Rabbii isaa haa fudhuu 😢😢
@erxc-fy9on
@erxc-fy9on 5 месяцев назад
😢😢😢😢😢❤❤❤Abshiir baredu to💔😭
@EeEe-ze8uj
@EeEe-ze8uj 4 месяца назад
Baayyee nama yaadiichiisa jiireenya fii jaalala attii abban maana keettii qabduu jaabadhuu inni siihi.kaatefii.raabbiin siin gaatiin saanyii too jaabadhuu ilmaa kee guudiifadhu waan yaada issii dhiissaa yoo raabbiin biiraa taate nama fuudhefii addaa hin baayuu❤
@EbrahimA-yo1dx
@EbrahimA-yo1dx 5 месяцев назад
Uuufffii gara nah nyatii wly😢😢
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 5 месяцев назад
Rabbiiin sihaa furu yaa obboleeetti tiya hafuura dheraa baafatta jaalala irraa miidhsmte wlh
@imantofik1455
@imantofik1455 5 месяцев назад
Keyri abdella ijolee isaa gargaraan atti jiruu tee jiratuu qabdaa
@amiirabdulmume7317
@amiirabdulmume7317 5 месяцев назад
Raabbiin sii waajjiin haa jiiraatuu wlyhiii Aduunyaa fii Ahkiiraattiiis
@makfiraaMusxafaa-wm7nq
@makfiraaMusxafaa-wm7nq 4 месяца назад
abshiri qalii too ❤💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-tk3te6fp1i
@user-tk3te6fp1i 5 месяцев назад
Uuuufffff seenaani kun nama boochisaa😭😭😭 Wan biraa hin jedhu rabbii obsaafi sarbii siif Haa kennuu Ati dubartii Amanamtuu laphee ququlluu qabduudha Hadaraa Rabbiif jedhiitoo yaada isa keessaa bahii
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 5 месяцев назад
Wow dubartii jabdu ❤❤❤ jecha hinqabu Dhugaa siifi
@user-ih9ey5bs7l
@user-ih9ey5bs7l 5 месяцев назад
Rabbiin rahmata siif haagodhu
@marthaxafaa1173
@marthaxafaa1173 5 месяцев назад
😭😭💞💞
@MakiSHow
@MakiSHow 5 месяцев назад
Jabadhuu dhugaa obsa qabda
@user-lh7ww7on5y
@user-lh7ww7on5y 5 месяцев назад
woyyo sare koo ml wayya ya jalala tana gowwa nuu gote ya gara dubarti lafaa kana 😭😭😭😭hin boyee dhuga waqayo hadhoo koo jabadhu rabbi jira ☝️☝️💯💯 keniya irraa 🇰🇪🇰🇪
@kalildddddd7854
@kalildddddd7854 5 месяцев назад
Ani jolle dirre dawa keysa ta akkana hin agarre heddu gara nanyaatte wlh nama isi gargaaru fesisa
@sinafabdella5547
@sinafabdella5547 2 месяца назад
Galtomii bro kiya
@roma4906
@roma4906 5 месяцев назад
You so smart wlh omg si wajjin bohe hadho to 😭😢
@user-le5cn7nr6z
@user-le5cn7nr6z 5 месяцев назад
Guyyaa tokko jiruu bareduu ni jiraata obbolleettii tiyaa abshir rabbin sii gammachisaa
@taibataiba832
@taibataiba832 5 месяцев назад
Ashiirii obbolletii tiyyaa qalli namaa Yaa allah imaa namaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@user-bu2ic9yg6p
@user-bu2ic9yg6p 4 месяца назад
Jabadhuu rabbii dhugaa te ee haa basuu 😢😢😢😢😢
@OROMOFIRST-jn4md
@OROMOFIRST-jn4md 5 месяцев назад
Abshir qalii Rabbii siwajin haa jiratuu
@kamiltube767
@kamiltube767 5 месяцев назад
Wallahi hiree bareedu siif haa kannuu kun waa dhiirami kan duniyaan bittuu
Далее
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
ВОТ ЧТО МЫ КУПИЛИ НА ALIEXPRESS
09:35
marqa aadaa walin haa laalu
7:54
Просмотров 8 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:08
Просмотров 62 тыс.