Тёмный

Kenbon Aayyoo Ethiopian Oromo New Cover Music official video 2021 

Kenbon imraan
Подписаться 12 тыс.
Просмотров 23 тыс.
50% 1

Kenbon Aayyoo Ethiopian Oromo New Cover Music official video 2021
Kenbon_Aayyoo_Ethiopian_Oromo_New_Cover_Music_Video 2021
gabii eda'oo, fandishee mullataa , abbitoo kabbadaa , kadiir sa'id & hajji biiftuu new music cover video
subscribe like share godhuun nu cinaa dhaabbadhaa hojii koo isa itti aanuuf na jajjabeessaa galatoomaa !!!

Опубликовано:

 

23 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 267   
@Abbashittootv
@Abbashittootv 3 года назад
Yaa ummata oromoo nutii yeroo fi maallaqa keenya itti dhangalaasnee bilisaan isiniif waan dandeenyu goonee jirra isin hoo waan gatii isin hin baasifne #subscribe like and share nuuf gochuun nu qarqaaraa . Galatoomaa!!!
@Mohammed-hz8qc
@Mohammed-hz8qc 3 года назад
Abshiir
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 года назад
Abshiir sifii Gonaa
@Markshow81
@Markshow81 3 года назад
Cover ajaa’ibaati! Bakka jirtanii like share subscribe gochuudhaan jajjabeessa ❤️
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Killee koo itti cabsi
@shukrii.jamal.792
@shukrii.jamal.792 3 года назад
Nuf.jiradhuu.bro.koo.sin.jaladhaa.heduu.namati.tolaa.qalii.kenyaa.jabadhuu.
@awa1027
@awa1027 3 года назад
Jabaadhuu itti fufi 'coveri bareedadhu nutis si cinaa jirra
@YNAOROTUBE
@YNAOROTUBE 3 года назад
Jabadhuu baba kiiyyaa Oromoo shera gotaanii akkaa waal jajabeesiintan abdiin qabaa
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Bro kiyya hangafa youtuberoota hedduuti ati galatoomi ulfaadhu atis gamanumaan boru reaction akka irratti naa dalaydu abdiin qaba hanqina koos akka naa himtun fedha galatoomi umrii dheeradhu
@ibsupodcast
@ibsupodcast 3 года назад
Wooow bayyee nati tola jabadhu bro
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Ibsuyyee hedduu naaf galatoomi asumaanuu amalli kee hedduu namatti tola atis jabaadhu naa jiraadhu galatoomi
@barokketema1806
@barokketema1806 3 года назад
Aayyoo, harmeen waa hunda... galatomi jabaadhu cover bareedaadha 👍👍
@milkesinaaf8637
@milkesinaaf8637 3 года назад
Jabadhu ituuma fufi bayy'ee bayy'ee bareeda Dhugaa garaatuu naa hamtee yeroo sibaa hadha sirbituu❤❤❤❤
@yahyajeylan2417
@yahyajeylan2417 3 года назад
jabaadhu leenca ofi baayye hoji boonsa dha
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hayyee sanyii koo
@maakiitube7254
@maakiitube7254 3 года назад
Uuuuuffff jabadhuu sanyii koo itii fufiiii uuuuuffff harameee too naa yadechiteeee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤💚❤
@makitube1768
@makitube1768 3 года назад
Dhugaa sagalee akkana qabaattee hanga ammaa ta'uun kee na ajaibe sagaleen akka malee bareedadha ittii fufi Kenbon Sanyiiko jabadhuu❤️❤️❤️❤️❤️
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hedduu naa galatoomi waan ofii tnq
@zizuarsishashe5117
@zizuarsishashe5117 3 года назад
Ajibaa baye namati tolaa jabadhu namina hadha tesani sher godhafiii hadha ko misa you Rabbi ijaa nagati woli nu hargisisu 😭😭😭😭
@chialidagafa9414
@chialidagafa9414 3 года назад
Dhuga bay'ee namati tola jabadhu obolessa koo umuri dheraa isinf ha Keenuu waqayyo ❤❤
@kiyyabaale2000
@kiyyabaale2000 3 года назад
Www heddu namati tola bro koo akka si egne oliti dhufte bro ilma biyya
@riyanaayeearsilijj6296
@riyanaayeearsilijj6296 3 года назад
Yaa harme koo sii yadee kaa uuuuuuffff yaa jirenyaa fagenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Abshir
@abdhurrahman-fv1wq
@abdhurrahman-fv1wq Год назад
Woooo harmee too sirraa fagaadhus yaanni koo sibira 😭 jabdhu sanyi koo
@sifanoroo7912
@sifanoroo7912 3 года назад
Wow wow baayee garaa nama baleessa
@boontuutube5131
@boontuutube5131 3 года назад
woww bay'ee namati tolaa jabadhu
@asiyaqatar7292
@asiyaqatar7292 3 года назад
Aayyoo too wowo bayee nama toollaa 👍👍👍❤️💚❤️
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Tnq
@asiyaqatar7292
@asiyaqatar7292 3 года назад
@@Kenbonimranofficial jabadhuu 👍👍
@sabootuuwallaggaa5856
@sabootuuwallaggaa5856 3 года назад
Uuuufffff hadhaakoo😭😭😭❤❤❤❤ bayyee bareedudhaa jabadhuu 💔💔💔💔👈
@fufifufi1223
@fufifufi1223 3 года назад
Dhugaa heduu takka barreedda jabadhuu bro koo
@adanemulugeta6327
@adanemulugeta6327 3 года назад
Hojii gaarii hojjattee jabaadhu. Waan haaraa kan mataa keetitiin utuu as baatee ammoo irruuma caala ba'eessa ture.
@rozaabee195
@rozaabee195 3 года назад
Wowow bayee dasii jedhaa dhugaa jajabadhuu bro
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Thank you alot
@oromoarsi162
@oromoarsi162 3 года назад
Sin jaaladha Harmee koo bakka jirtutti ngy naaf ta'i.Rabbiin ija ngyn wal nu haa garsiisu😭😭😭😭💘💘💘💖🙏
@ramedanhusen67
@ramedanhusen67 3 года назад
Bro heduu namati tolaa jabadhu ayyoo ko sicalaa hundaa galata kanke Akkamin galchu dandeyaa !😪
@Mazaajya
@Mazaajya 3 года назад
Made me cry Kenbon! I love it! Where have you been hiding this talent. Keep em coming!!!
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Oww I'm really surprised to hear that . Thank you so much my friend and i will keeping it up
@sabboontuusanyiijawarisaud8554
@sabboontuusanyiijawarisaud8554 3 года назад
😭😭😭😭😭😭👈
@gedashow3562
@gedashow3562 3 года назад
Broyee jabadhu jabadhu siwalinlin jiraa
@aaatyui3411
@aaatyui3411 3 года назад
Fagenyaa naa dhowee mallee😥😥❤💚
@OROMONATIONS
@OROMONATIONS 3 года назад
Jabaadhu Bro 👍
@alizein7615
@alizein7615 3 года назад
Jabadhuu lecaa koo❤❤❤Oromo koo wolii haa jajabesinu
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Abshir bro kiyya galatoomi atis
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 года назад
Wel Come bagaa Nagayyaan dhuftee
@hawiitube5462
@hawiitube5462 3 года назад
Woowwwwww sagalee bareedaa qabdaa ittii fufffiiiii......
@mamishaabdela6443
@mamishaabdela6443 3 года назад
Wwww ijja irra hafii bro
@shaltounassar6831
@shaltounassar6831 3 года назад
Jabadhu bro
@obsaasabaa2559
@obsaasabaa2559 3 года назад
Hojii boonsaa hojjatte jabaadhu Kana daran sirraa Eegna bro..
@dhombiirtube1484
@dhombiirtube1484 3 года назад
Jabadhuu baredaa jirtaa
@oromoarsi162
@oromoarsi162 3 года назад
Wow! galatoomi sanyii ofii jabaadhu💗💗🌺👍😘
@beknanevents6703
@beknanevents6703 3 года назад
beautiful ethiopian oromo cover music
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Bro tnq
@beknanevents6703
@beknanevents6703 3 года назад
@@Kenbonimranofficial jabaadhu broo koo
@mamishaabdela6443
@mamishaabdela6443 3 года назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-q9K8PLHaYxo.html
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 года назад
Jabadhu jabaa koo❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏
@nadhioromo6430
@nadhioromo6430 3 года назад
Jabadhu si madi jira
@booleeskabaale247
@booleeskabaale247 3 года назад
Jabadhuu adda hin kutini
@hawigizacho8322
@hawigizacho8322 3 года назад
Uuuuuf harmee ofi Kan gahu esayu hin jiruu fagenyati ha hamtuu wayoo 😭😭😭😭Jabadhuu qomoo koo bayyee namattii tolaa nu jiradhuu ❤️❤️🥰🥰😍😍🙋‍♀️
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hayyee sanyii too ulfaadhu
@kifayadawud4842
@kifayadawud4842 3 года назад
Wow beautiful song ❤️
@obsetube1247
@obsetube1247 3 года назад
Hojii bareda jabadhu kenbon
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hayyee galatoomi sanyii koo
@yordanosfufa5959
@yordanosfufa5959 3 года назад
Wawu heddu namati tola tokkofadha 👏👏
@sifanmalaku7260
@sifanmalaku7260 3 года назад
Wow.sanyiko.bayye.namati.tola.jabadhu.😢😍😍❤❤❤
@monetshawaa
@monetshawaa 3 года назад
harmeen ofi gaddisam ❣ Fagenyaat yaa hamattuu malee😭😭😭😭🙏
@litolito6312
@litolito6312 3 года назад
Ayyoo Hadhaakoo Deeseekoo Hadhookoo Waa Hundaa koo Hadhaa Ofii Malituu Namaafii Calaa Badhasaa Adunyaa Keenaa Ganamaa Maddaa Gammaachuu Ibstuu Dukkaana Qorichaa Jireenyaa Bareechiituu Jiruu Jabadhuu Sanyiikoo❤💚💘😭😭😭 Waa Aji'baatii Asumaan Ummaa Tiyaa Naa Jelaa Dhukkubaan Rabbiin Umurii siif haa Tursisuu Naa Jedhan Akkumaa Atuu Jetee Fageenyaatii Haa Hamaatuu💔😭😭
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Rabbiin umrii isaanii siif haa dheeressu rabbiin haa fayyisuun inni ni dandaha
@litolito6312
@litolito6312 3 года назад
@@Kenbonimranofficial Amiiiiin tenaa Hundaa inshaallaah gltm💞💚❤😭
@fufaafiaa6291
@fufaafiaa6291 3 года назад
Good job dear Appreciate it 🌺🍀🌺 Jabaadhu dhugaa sagalee shaggaa qabda ✊✊✊
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Galatoomi sanyii koo ulfaadhu
@obsetube6962
@obsetube6962 3 года назад
Waani baredaa jabadhuu
@ZuberaKusaro
@ZuberaKusaro 3 дня назад
Jaaabadhuu sihi jajaabeesin simaa wojniin jiraa❤❤❤❤❤❤
@hannitaabaale5056
@hannitaabaale5056 3 года назад
Wowo baay'ee namati tolaa wahii Harmee too💔💔💔 baay'ee garaa nama rasaa jabbadhu bor koo💞💞
@ObsaaIdiriis-ev6og
@ObsaaIdiriis-ev6og 3 дня назад
Heddu namatti tola❤❤ jabadhu itti fufi haluna kanaan
@hanniituub3088
@hanniituub3088 3 года назад
Wowwwww heduu natii tolee haluum kanaan itii fuufii wanii ofii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@aziioro5601
@aziioro5601 3 года назад
Bro jabadhuu
@aaatyui3411
@aaatyui3411 3 года назад
Ayyoo koo🥰🥰🥰 i love you mom 👩❤💗💓💖
@samiraakamalii2415
@samiraakamalii2415 3 года назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘 mashalaa bayee gari dhaa jabdhuu
@michuubaaleegoobaailoveyou3114
@michuubaaleegoobaailoveyou3114 3 года назад
Wowow wowowowowow baayee namati tolla 😍😍😍 😍
@IbsaGalansadi
@IbsaGalansadi 3 года назад
Wow keenboon jabaadhu saahiba kiyya nabsee akkanuma akkanatti dhidhiibbanne bakka geenya keep it up! Bro kiyya Channala kiyyallee gamanuman osoo naaf beeksisteehiis natti tola nabsee
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hayyee abshir bro kiyya galatoomi
@jamilahasseen819
@jamilahasseen819 3 года назад
Mashallaa, ffffff
@ethiotube9841
@ethiotube9841 3 года назад
Bro bro bro mal jedhe aka sif ibsu hin bekuu wow Amazing bro jabadhu nama ofi tokofadha 🔥🔥🔥🙏🙏🙏
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Tnq bro
@jamilahasseen819
@jamilahasseen819 3 года назад
Haremehee Love
@usiyyeehasan774
@usiyyeehasan774 3 года назад
Jabaadhu haala bareedaan sirbite
@demeneshalemudandena4781
@demeneshalemudandena4781 3 года назад
Wowwowwow andegna maroch abo imachk
@yasinkadi3947
@yasinkadi3947 3 года назад
Jabaadhu
@dararhasan1237
@dararhasan1237 3 года назад
Wwwwwwwwww haa harmeee🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ sherii
@felmetajamal9752
@felmetajamal9752 2 года назад
Good job
@SaraSara-yy9jo
@SaraSara-yy9jo 3 года назад
Jabadhuu dhugaa 💯💯💯💯😭😭💔💔
@fozfozii2642
@fozfozii2642 3 года назад
Wow 1ffaa😍😍 miss you mom😭😭😢😢
@firiiginnir6568
@firiiginnir6568 3 года назад
Wow jabadhuu kenbon kena
@hiikiibariso3794
@hiikiibariso3794 3 года назад
Love it 🥰😘🔥👌 Jabadhuu bro wow...
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hayyee galatoomi qaalii koo
@harunetube4560
@harunetube4560 3 года назад
Hojii bareedaan as batee amma maqaa nutti goote ilma biyya kootii
@beknanevents6703
@beknanevents6703 3 года назад
ቆንጆ የኢትዮጵያ ኦሮሞ የሽፋን ሙዚቃ❤
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
አመሰግናለሁ
@asentigudisaa4580
@asentigudisaa4580 3 года назад
Uuuuuufffffff armee Koo 💔👌😭😭😭
@oromiaentertainment450views
@oromiaentertainment450views 3 года назад
Kb man keep it up bro👏
@negasaolani43
@negasaolani43 2 года назад
Aaboo yaayyuu si maache jebaadhiin!
@WenMum-f4f
@WenMum-f4f 3 дня назад
Abbaa shittoo jabaadhu waan bareedadha
@zakeriasultan2223
@zakeriasultan2223 Год назад
Nama ofii 🥰
@iftuunuraatube697
@iftuunuraatube697 3 года назад
Wwwoooww hedduu namaati tolaa dhugaa rabbii nuuf jiraadhu jabbadhu
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Ulfaadhu sanyii too reaction irratti naa dalagi RU-vid keetiin
@VdBf-xj7fx
@VdBf-xj7fx 14 часов назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤sii.jaalanaa..qashitii
@rorastube2574
@rorastube2574 3 года назад
Sagalee Bareedduu Qabda Bro Kiyya Qaalii Jabaadhu Siwaliin Jirra
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
My real bro jaalatamaa fi kabajamaa kiyya galatoomi naa jiraadhu
@zubeydatuna2417
@zubeydatuna2417 3 года назад
Uuuuf umaa tiyaaa 💋💋💋💋❤️❤️❤️💔💔😭
@ashuukatabi7454
@ashuukatabi7454 3 года назад
Jabadhuu 👍👍👍💛💛💛
@bonttuushawaa1824
@bonttuushawaa1824 3 года назад
Ayyoo too jabaadhu baayee namati tola ❤️😍😍
@samiraorokush1576
@samiraorokush1576 3 года назад
Hojjii baredaa jabadhuu kanaa oll siraa eynaa ❤💚❤ Ayoo koo Ayoo 😭❤❤❤❤
@mamishaabdela6443
@mamishaabdela6443 3 года назад
Thank bro ko
@meddyvy
@meddyvy 3 года назад
My heart ♥️😢😩😩😭😭😭😍❤️❤️❤️AYYO
@ayantukabeta9021
@ayantukabeta9021 3 года назад
Wawww baay'ee baredaa namatti tolaa jabadhuu atti waqayoo sii haa gararuu atti nu jiradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓💓
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Hayyee lubbuu koo naa jiraadhu atis
@ayantukabeta9021
@ayantukabeta9021 3 года назад
@@Kenbonimranofficial atti jiradhuu naaf jabadhuu sagalee keetti baredaa qabda atti siribchi baredaa 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓❤❤❤❤❤❤❤
@misraajamal2910
@misraajamal2910 3 года назад
Uuuuuuuuffffeee Yaa Haramee Tiyyaa 😭😭😭😭
@faxumaaoromooarsii2541
@faxumaaoromooarsii2541 3 года назад
I miss you mom😢😢
@iloveyouarsiitiyyaaatyopy3377
@iloveyouarsiitiyyaaatyopy3377 3 года назад
Ayyoo too 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@asiilahmed6584
@asiilahmed6584 3 года назад
Woooow😲😲😲😲😲😲 Hedduu namatti tola hedduu ❤❤❤❤❤❤❤❤ Imru
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
❤❤❤
@firdowsaadam9327
@firdowsaadam9327 3 года назад
Wwwwwweawwww beyuteful music Kanuman itti fufi bro 👌💞I missing 💖🌹💕👈
@YasinAhmed-lb5xx
@YasinAhmed-lb5xx 9 месяцев назад
Jabadhu bareda
@tahirhulle93
@tahirhulle93 3 года назад
kenbo bountiful music
@hayatahimad3575
@hayatahimad3575 3 года назад
Jabadhu hedu namati tola
@obseorotube8772
@obseorotube8772 3 года назад
Jabadhuu ❤💔💔
@aminadam4996
@aminadam4996 3 года назад
maqaa nattii goote mucaa itti muddii akkanumati si jaalaana ilmma biyya ko😍
@yaskaami6825
@yaskaami6825 3 года назад
Greate cover kenbon kena jabadhu
@bonanation
@bonanation 3 года назад
Big thanks and big Respect brother.. Ijji koo imimaniin naa gutamtee yeroon dhagefadhu..🥰😔 ana qofa moo namnii emotional ta'ee??
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Bro aniyyuu hoggu irra deddeebiee dhageeffadha
@siifaaniiboonii3430
@siifaaniiboonii3430 3 года назад
Worrii hadhaa teesaanii jalatanii like godha
@Kenbonimranofficial
@Kenbonimranofficial 3 года назад
Harmeen nama hundaafuu qaaliidha
@muraadmusic1952
@muraadmusic1952 3 года назад
Jabadhu lenca koo
Далее
Abbaa Shittoo tapha gabaabaa
4:59
Просмотров 23 тыс.
Andualem Gosa | Foote (New Oromo Music 2024)
6:43
Просмотров 255 тыс.
haacaaluu hundeesaa
12:43
Просмотров 143 тыс.
Matta'aa Fudhatte mitii!!
1:01:19
Просмотров 45 тыс.
ELAA  Gajo Tilahun New Music Video 2024
4:54
Просмотров 155 тыс.
Andualem Gosa | Tirrii (New Oromo Music 2024)
4:21
Просмотров 98 тыс.