Тёмный

Kintaarotii fi fala isaa 

Dr Birbo Chala Official
Подписаться 15 тыс.
Просмотров 15 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 81   
@hfgd9681
@hfgd9681 Год назад
Duktor gaafi qabaa kiremin amaa isiin bitaadha jeetan faarmasi ira argaama faaydaan isaa ho kukuute dhigaa baasa mo itaa hiriisa me naaf debisa alla jiraa baaye raakadhe yaalas argaachu hin dada.u haaga biyaa debi.uti😢😢
@tsaheytadese4004
@tsaheytadese4004 Год назад
Anis akasuma uuuffii
@rhmazno8417
@rhmazno8417 9 месяцев назад
Duktor ani ile yalame hin bekuu garu gara gogobuu qabaa kanafu kitariti kanasi miliketa bayy.ee arge ofirati isaa sadafa jete kana iraa jira malo mali yoo godheni wayyya doctor?
@Naema123-b7b
@Naema123-b7b 4 месяца назад
Bitate sii fayadee mee naa debisi
@AbdurRahaman-ic7kk
@AbdurRahaman-ic7kk 2 месяца назад
Nuttii alaa jirrra rakkanee jirrra
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 месяца назад
@AbdurRahaman-ic7kk achitti mana yaalaa deemuu hin dandeessanii?
@GsffDfgg-bg3dd
@GsffDfgg-bg3dd 10 месяцев назад
❣️❤️❣️❤️❣️❤️❣️ mashaallah mashaallah Allah
@WardiiAhemad
@WardiiAhemad Год назад
Kitarotnaa,umaman,jiraa Torino
@fgrt783
@fgrt783 9 месяцев назад
😭😭😢😢❤❤
@ZenbZuno
@ZenbZuno 7 месяцев назад
Dhugaa gudasaa galatmii doctor ❤❤❤❤❤❤
@zahrah8488
@zahrah8488 Год назад
👍👍👍🙏🙏
@sophienageso8878
@sophienageso8878 Год назад
🥰🥰🥰🥰
@NesredinGena
@NesredinGena 7 месяцев назад
5:52
@ChalaTaye-yz4mo
@ChalaTaye-yz4mo 10 месяцев назад
Galatomi
@AbdulmaalikKamaal
@AbdulmaalikKamaal 4 дня назад
Dr gaffin qaba gaffinkos kintaarotin kun gara kaansaritti nijijirama an dhibekanan qaban ture garu hamma akkkadurarra baayye tokko waan namedha jiru natti fakkatta pils nadebisa
@AbdulmaalikKamaal
@AbdulmaalikKamaal 4 дня назад
Dr gaffin qaba gaffinkos kintaarotin kun gara kaansaritti nijijirama an dhibekanan qaban ture garu hamma akkkadurarra baayye tokko waan namedha jiru natti fakkatta pils nadebisa
@Kadijaa-mj7wc
@Kadijaa-mj7wc 5 дней назад
Kanii gara nama gogosufii mataa kesa nama gubbuu akkasumallee duydaa nama kutuu akkamitii furmataa argatanii biyyaa ormatii
@HayuuApp
@HayuuApp 25 дней назад
Bakuma titi fecanu kiyarati natii dhitahee malii aka te.ee hiin bekuu yoo bektan naf himaa pilie 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@fuadtube7724
@fuadtube7724 6 месяцев назад
Dr akkami nagaa keeti ,mee gaafi kana naaf deebisi.(fakn) lammaffarratti ,bahee debi'a, xinno wahiti ,xinno garaachi kessi na hoo'a.kaleen na dhukkubdi.waan biraa hin qabu.mee naaf deebisi?
@NesredinGena
@NesredinGena 7 месяцев назад
Ana doktora bira dhaqe lalame cirracha.kaleti Nan jedhani gaaru mallatoon ani of irrati argu kan kintaroti kana fkn gara na oo'isa,na intansisa, sagaran na goggoga,darbe darbe ni dhigaa, fincanis na guba, feedhi nyaata na dhorga hanga durara salqunamti irati dafe na harka jiga
@MariyamaUmar-ti7gc
@MariyamaUmar-ti7gc 4 месяца назад
Doctor ani garuu sagaraanillee natti hingogu xiqqoo wahii Kan Akka limmo gadi nabaate furmaanni isaa maalii
@Abaruukatamaobsigarakooguyafay
@Abaruukatamaobsigarakooguyafay 5 месяцев назад
Mee dhukubaa dugda mali mana yala demeni muscle cramps naani jedhani Dr?
@suusuushow
@suusuushow 23 дня назад
galatomi
@umarumar-pj4cs
@umarumar-pj4cs Год назад
Dr kenyaaanii gogisaa garaa qabaa yeroo tokotoko naa hoksisaa malii fayadamaa amoo bobaa koo jalatuu naa itayaa akaa dhulaa tayee natii biqilaa naa malauu Itayee manaa yalalee dhaqee Namurani naraa malasani anamatii debiaee malinii inii kunii asumaa jalattii nadebisaa
@BarituTofik
@BarituTofik 2 месяца назад
Kanama nyaatuu maaltuu dawadhaa
@fatiyaaarsii4765
@fatiyaaarsii4765 Месяц назад
Galatoomi❤❤❤
@abdiqananisa7264
@abdiqananisa7264 Год назад
kintaarotiin saalqunnamtiirratti hoo rakkoo fida? dr.
@MuaazMuhammad-mw4vi
@MuaazMuhammad-mw4vi 10 месяцев назад
Hayyee
@BoAli-di8kj
@BoAli-di8kj 3 месяца назад
Anii wan sogidaa fii sukaraa yonin nyadaa cinachaa lamanifii kalee natiidhaghmaa😢
@faniyeemareyamiilij4716
@faniyeemareyamiilij4716 4 месяца назад
Dhifamaa D// mee kesan naa dubisaa maloo😢
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 4 месяца назад
Karaa telegram nu dubbisuu dandeessu
@mubeemankush
@mubeemankush Месяц назад
Hi​@@drbirbochalaofficial
@abdidesale5620
@abdidesale5620 Год назад
Hayyee galatooma Dr. Gaafiinkoo Kintaarotiin Yaalii isiin nuuf tarreesitan kanaan fayyuu ykn baduu nii danda'a??
@AaSs-gi1sm
@AaSs-gi1sm 10 месяцев назад
Dr namnii kitarotii qabuu tokoo Wal qunamtii salaa ho kanan godhuu tatee Rakinii iraa gahuu nijiraa😢
@muzayanjamaal9885
@muzayanjamaal9885 2 года назад
Ani xiqoo ifaa kaa na gotaan amaa qullubii ittii fayaadama jiraa guyaa 15 gahe quncaa.u jalqabe ini kun rakkoo qaba moo quncaa.un isaa furmataa agarsiisa jiraa jechudha. Asumaa jalati naf debisaa adara
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Qullubbii itti hin godhin. Qunca'uu qofa? Dhiiga ni qabaa? Ol deebi'aa?
@muzayanjamaal9885
@muzayanjamaal9885 2 года назад
@@drbirbochalaofficial lakkii ol hin debi.u xiqomaa gadii bahee malatole amaa isin jetaan kanas hin qabu hin hoqsisule hin dhigule
@muzayanjamaal9885
@muzayanjamaal9885 2 года назад
@@drbirbochalaofficial lakkii ol hin debi.u xiqomaa gadii bahee malatole amaa isin jetaan kanas hin qabu hin hoqsisule hin dhigule
@muzayanjamaal9885
@muzayanjamaal9885 2 года назад
Qunca.u qofaa dhigaa homaa hin qabu
@rakrak2844
@rakrak2844 Год назад
ስልክ ቁጥሬ አስቀምጣለሁ በቴሌ ግራም አውራኝ
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Год назад
Ok
@tsaheytadese4004
@tsaheytadese4004 Год назад
Doktor kankoo sadarka Arfafa irra jirra garuu Ammaf yalamuu hin dende.uu yeroo bayee na rakisa jiraa qoricha kana fayadamuu nani Ajaja manaa yaala malee ?
@KalidTashome
@KalidTashome 6 месяцев назад
Anni wan xiqo wayitu naati baate jirti akkamin godha
@tadesemosisa
@tadesemosisa Год назад
It is great learning Dr keep it up!!
@s.d.children741
@s.d.children741 2 года назад
Akam jirtu Dr ani yero heduu isin hordofa barumsa heduu isin iraa baradhe galatoma gafin qabaa gafin kiyaa ani ulfa ji.aa 5qaba dabre dabre qamni kiyaa qilensa sensisaa sagale qaba heduu cinqama jira me na hima malo
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 Год назад
Doctor galatoomaa garuu erga qullubbii fayyadamutti jira garuu waan quunca,u fakkaata akkam garuu quunca,uur rakkoi nifidaa
@fatimaadam53
@fatimaadam53 Год назад
Dr. Galtomaa anii garuu sardakaa 2 irraa jiraa lukatuu naa dhukubaa mee furmataa mal godhuu qabaa naa debisii galtomii
@aliyikedir1916
@aliyikedir1916 Год назад
Bay'ee gaaridhaa barumsa heduu irraa arganee haluma kanan ittii fufii doktor
@BayisaAliyi
@BayisaAliyi Год назад
Mee Matii Naaf Tah Hudii Kesanu Lik Fi Sherii Hin Hirafatina
@rakrak2844
@rakrak2844 Год назад
Dr ዲዴ ያመኛል ጥርሴ መስሎኝ ነበር ግን አደለም
@Seenna414
@Seenna414 8 месяцев назад
❤❤Tankiyou Dr barumsa garidha ebbifami
@uaec3303
@uaec3303 5 месяцев назад
Mee lakkofsaa keasanii naa Kenya mee
@AdisaAbdusamadAdisa
@AdisaAbdusamadAdisa 4 месяца назад
Kiyyaa 3 sanii mee yalaa kanaa
@mahmedbirikaa7858
@mahmedbirikaa7858 Год назад
Hayii
@metitube933
@metitube933 6 месяцев назад
Maloo doctor ergaa daaimmtii dhalaatee boodee waayyii badaa moree
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 6 месяцев назад
maal jettanii
@ZenbZuno
@ZenbZuno 7 месяцев назад
Anii kitarotii qabaa garu sin dhagefadhe naraa qanasera galatmii gudasaa doctor ❤❤❤❤❤❤❤❤
@HayuuApp
@HayuuApp 25 дней назад
Akamiin siif qanasee rabiin😢
@JiibrilAbdulkarim
@JiibrilAbdulkarim 6 месяцев назад
Akkami namaa godhaa
@AaSs-gi1sm
@AaSs-gi1sm 10 месяцев назад
Namnii kitarrootii qabuu tokoo ulfahuu nidadahaa?
@jaawweelove1716
@jaawweelove1716 7 месяцев назад
Ee danda'a
@Dibbora
@Dibbora 7 месяцев назад
Galatoma ❤❤❤
@wubishetabebe6357
@wubishetabebe6357 6 месяцев назад
10Q Dr
@MsNee-i2j
@MsNee-i2j Год назад
Masha Allah Galatomi dr
@jirenya7131
@jirenya7131 2 года назад
Galaoomi dr qaalii keenya
@bontuuwallaggaa6308
@bontuuwallaggaa6308 Год назад
Galatomi D😢😢
@czfa5513
@czfa5513 Год назад
Galatomi ❤❤❤
@birakuma1119
@birakuma1119 2 года назад
Welcome Dr keenya
@nemeratabora3909
@nemeratabora3909 Год назад
Galatoomaa dr
@asiyaa.jemaal7785
@asiyaa.jemaal7785 2 года назад
galatomii.doktor.kenya.qaalii.. anii.garuu.dhukkuba.kintarotii.kan.jedhamuu..maqaadhumaan.dhagaha.malee..dhugaa.rabbii.maal.akka.tahee.hin.bekuu
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 2 года назад
Hayyee galatoomi sanyii too
@ShukriiMammad
@ShukriiMammad 10 месяцев назад
Dr.gaafinqba ani waanadhibeenqaba.naanno.huddukessa hidda.wahikeesanolbaye.na.malya.ola.maali.inni.sanuma
@eebbaagadaa2489
@eebbaagadaa2489 Год назад
Welcome Dr
@oroprank7998
@oroprank7998 2 года назад
Welcome
@oromiyaabiyyakoo2260
@oromiyaabiyyakoo2260 Год назад
❤❤
@madhama2828
@madhama2828 Год назад
3:40
@Fatima1234-t2s
@Fatima1234-t2s Год назад
❤❤❤
@fefc2f179
@fefc2f179 9 месяцев назад
Gaaru nii fayya😢😢
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 9 месяцев назад
Eeyyen?
@fefc2f179
@fefc2f179 9 месяцев назад
Doctor kanko gadi bahe jira ol hin deebi'uu gaaru hin dhiiguu hoqxos qaba kuni kintaarotii ta'uu isaati mitire Doctor bishan ho'aa ashabo fi kan siin jeetan hundaa godhen ture gaaru dhitoon isa bay'ee daabalee dura nan dhukkubu amma yeroo sagaras yeroon ta'uu bay'ee naa dhukkubuti ka'ee akkam godhu godhu Doctor
@eftoosaeed2717
@eftoosaeed2717 2 года назад
Good job
Далее
Офицер, я всё объясню
01:00
Просмотров 3,9 млн
Редакция. News: 136-я неделя
45:09
Просмотров 1,1 млн
+1000 Aura For This Save! 🥵
00:19
Просмотров 12 млн
CIRRACHA HADHOOFTUU
8:08
Просмотров 577
Foolii Badaa Afaanii fi Fala isaa
12:21
Просмотров 1 тыс.
Similarities Between Arabic and Urdu
14:48
Просмотров 763 тыс.
Furmaata dhibee garaachaa/singiggoo/gubaatii laphee
15:17
Ulfa Baasuu fi Miidhaa isaa part 2
13:02
Просмотров 1 тыс.
Офицер, я всё объясню
01:00
Просмотров 3,9 млн