Тёмный

Ulfa Baasuu fi Miidhaa isaa part 2 

Dr Birbo Chala Official
Подписаться 14 тыс.
Просмотров 600
50% 1

Baga gara RU-vid chaanaalii keenyaa nagaan dhuftan. Ani Dr Birboo Caalaati. Odeeffannoo fi gorsa fayyaan walqabate kamuu Afaan ofiitiin mana keessan taatanii tolaan argachuuf RU-vid chaanaalii keenya subscribe gochuun maatii nuuf ta'aa.Dabalataan yaala garaagaraa hakimoota muuxannoo qabaniin argachuu barbaannan
👉Kilinika G/G Wiirtuu Fayyadamuu dandeessu.Teesson Magaalaa. Sabbataa Gabaa ummataatin gara lixaatti argamna.
Kanamaleess barnoota fayyaa biroof karaa Telegram chaanaalii
👉t.me/birbirsoc... fi
👉t.me/WiirtuuFa...
Fuula Facebook
/ drbirbochala ​
/ birbo.chala.52 ​ nu hordofuu akkasuma gaafis gaafachuu dandeessu. Fayyaan isinirraa hin fagaatin!
#dr​ Birbo#moreviews​ #moresubscribers​

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 9   
@user-rj8co8sc9o
@user-rj8co8sc9o Месяц назад
❤❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Месяц назад
Wle come Dr 👏👏👏
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Месяц назад
Thanks
@BilisaTabora
@BilisaTabora Месяц назад
galatoomaaa
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Месяц назад
Thanks
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 15 дней назад
Dr maloo wanii tahee hin bekuu marsaa laguu kiyya guyyaa 28 natii dhufaa yeroo bayee laguu kiyya nati dhufee guyyaa 20 bodaa dhirrani woli qunamtii tahee 😢😢 achiraa laguu kiyya natii dhufuu didee achiraa guyyaa 6 natii dabaltee guyyaa 34 bodaa lagguu fakkatee dhigaa gurachaa guyyaa tokkoo fi natii dhufee guyyaa lamataa naraa dhabatee hagasii asii maltoo nama ulfaa natii mudhata jiraa bayee naa rafisaa garaa fi qamni kiyya naa dabalee maloo wani isaa wolalee mee yoo argitani kometi kiyya nafi debisa sila guyyaa laguu namati dhufee guyyaa kudhaa 18 Oli ulfahuni hin dadahamuu jedhu maltuu naa argatee ree annaa😢😢😢😢
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial 15 дней назад
Karaa telegram sagaleedhan na dubbisi
@Wasgjmvcaaamvccsdgbnmmmnbbn
@Wasgjmvcaaamvccsdgbnmmmnbbn Месяц назад
Dr. Hedu galatomii gafin qaba kininaa ilmo dhorkuu oson hin fudhatin jarsa wajin walitii idamee debien kininaa saa 72 fudhee lagun torbee tokotii natii debiee egas dhiqadhee qorichas fudhee jarsatii dabalamee lagun sun ta yeroo isi egatee mitii aka ega natii hin debin jiaa dabree ulfahun ni dandamaa moo akamii
@drbirbochalaofficial
@drbirbochalaofficial Месяц назад
Eeyyen
Далее
لدي بط عالق في أذني😰🐤👂
00:17
Ulfa baasuu
16:41
Просмотров 49 тыс.
Galfata Seenaa Oromoo
37:46
Просмотров 49 тыс.
Qoricha Ulfa baasu fi miidhaa isaa!
13:34
Просмотров 26 тыс.
Ferhaan Baddeessa Waliin Gaaffii Fi Deebii part 1
22:47
#Halal_Media​
25:01
Просмотров 2,9 тыс.
Mallattoolee yeroo ulfaa gara jalqabaa!
12:56
Просмотров 49 тыс.
Dorgommii ajaa'ibaa kutaa 2ffaa
4:49
Просмотров 15 тыс.