Тёмный

Muktaar Usman Sheeka - Magan Dammaa 

Walaabuu Entertainment
Подписаться 48 тыс.
Просмотров 297 тыс.
50% 1

New Oromo Music video 2023
#muktaarusmansheeka, #sirbaafaanoromoohaaraa, #oromowalloo,#neworomomusic2023, #neworomomusic2023, #OromoMusic, #africanmusic,
(C) copyright Walaabuu Entertainmen
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Видеоклипы

Опубликовано:

 

25 май 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 293   
@biftuubeyera5493
@biftuubeyera5493 Год назад
Anumaa sirba isaa durii dhaggeeffataa jiruu!sagalee hin quufamne!gooftaa stage gubbaa!beautiful well done!
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii tiyyaa maloo maatii naf ta'ii me
@HawiAmbo2
@HawiAmbo2 Год назад
Wow sagaleen Kee Addaa muktar Hojii Ajaa ibbatti Akkasumas shubbistonni baay ee namati toluu wow wow wow jaaladheraa 🎧🎤💪💪 gaalatomi Welissaa keenyaa 💪
@hundeesabaa
@hundeesabaa Год назад
Sagaleedhuma gaafa ijoollummaa keenyaa dhaga'aa turre sana🙏😍 Artisticha jabaa haallii fi barri hin jijjiirre. Love you.
@Eyoss
@Eyoss Год назад
Muktaar - what an amazing talent 👌🏽🎶 you are an absolute ⭐🎶 - we need more and more of your 🎶 Thanks Hiriya Pics and Walaabu!
@biko331
@biko331 Год назад
Sanyii me maatii naf ta'ii
@odatimes9139
@odatimes9139 Год назад
Extra ordinary Music .Muktar Usman ever fresh artist.Proud!!!💓💚💓💚💓💚
@mohammedmorkema7565
@mohammedmorkema7565 Год назад
Yaa Miidhagina sagalee, yaa walaloo fi yeedaloo isaa akkasuma qulqullinni viidiyoos 👏👏👏 dhugumattii Sagalee Muktaar wow wow isa Faranjiin Golden Voice jettu" sun isa kana kunoo :
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii
@alikodinko9158
@alikodinko9158 Год назад
አቤት አቤት ድምጹ ሌላ ነው አገራችን የባለብዙ ቋንቋ እናት ነት᎓᎓ እግዝሓብሔር ከእንናንተ ከኦሮሞዎች ጋር ይሁን᎖ ከልብ የመነጨ ሰላምታ ከጋሞ ብሄረሰብ !
@muhammeddesta6407
@muhammeddesta6407 Год назад
❤❤❤❤wow 👌 garuu beksisaa irrattii hanqinatuu jiraa
@Jarsokatelo
@Jarsokatelo Год назад
Totally awesome sound,amazing music 🎶
@Waanofii174
@Waanofii174 Год назад
Wow Wow Amazing song Muktaar koo Baga milkooftee na
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii
@ejerohuss6889
@ejerohuss6889 Год назад
To have this Golden voice after all this decades speaks volume
@biko331
@biko331 Год назад
Sanyii me maatii naf ta'ii me
@kitabamagarsa1025
@kitabamagarsa1025 Год назад
😊
@user-rq3rm9in5z
@user-rq3rm9in5z Год назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️💚❤️👏🏽👏🏽👏🏽
@JiregnaTarekegn
@JiregnaTarekegn 11 месяцев назад
Good
@abdumhha5043
@abdumhha5043 Год назад
Welcome back sanyii tiyya 😘😘😍
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@yuusufdarguu4115
@yuusufdarguu4115 Год назад
jabaa keenya umrii nuu dheeradhuu,saagale nadhii dammaa fakkattuu❤❤❤❤❤
@gamachubeyena2628
@gamachubeyena2628 Год назад
Artist Mukatar Useman Sheka amazing traditional song's slow motion beat's best melodies music mesmerizing soothing refreshing old memories deliver peace of mind to listening to traditional all audiences across spoken linguistics affinity.
@HusseinAli-rj8rz
@HusseinAli-rj8rz Год назад
Umrii dheeraa siif Hawwa Muktaar Usmaan
@abdumobilapp
@abdumobilapp Год назад
Hedduu namatti tola🫶
@guutamaaomar6487
@guutamaaomar6487 Год назад
Oromoon Walloo ummata seenaa guddaa OROMOO fi oromiyaa keessaatti qabuudha
@SABRIN-ef3vi
@SABRIN-ef3vi Год назад
Akkas Oromoo tiyyaa ❤❤❤❤❤
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@GosaBacha-eu3eb
@GosaBacha-eu3eb Год назад
Maaloo akkam godheetumaa sii ibsa muktar keenyaa❤❤❤❤❤
@yonasmulatu4045
@yonasmulatu4045 Год назад
Some born to do something special that lives on to generations, for me he is one of the kinds!!! My chiled hood pride.
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@abrehambelachew1316
@abrehambelachew1316 Год назад
Muuziqaa kana caqasee quufuu hin dandeenye! Jabaadhu Muktaar Sheekaa.
@debeleyigezu3171
@debeleyigezu3171 Год назад
Wow an amazing Walloo Oromoo music by the legend Artist 🎺 ❤❤❤ wow what kinds of Kilole sound!! Ajab!! Time gap never collapsed musicians 🎶 ..... Magan damaa Awwaadhu na jalaa!!
@abdisaturi2438
@abdisaturi2438 Год назад
Guddaa sabaa! Wel come back.
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@Wabi31
@Wabi31 Год назад
Wow my dear!! voice I never ever not hesitate to hear. Long life !!!
@hordofaabdulazizkemer9876
@hordofaabdulazizkemer9876 Год назад
woooow thank you LEGEND #MUKTAR KOO baayyeen jaalladhe!!! 🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍💯💥💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@sabiramuhe4253
@sabiramuhe4253 Год назад
Yeroo baatee deemtu qarsaadhan dabarta alam addunyaadha achumat agartaa naf hin jettu ati jalatamaadha my brother ♥
@amandembel4964
@amandembel4964 8 месяцев назад
Faradoon Arxummaa Bulee Gama Yuubaa Eessaa Bulee dhufee Bulee Mana Duubaa! Kan jedhu bo'oo wolaloo natti tole keessaa isa tokko.I react Dancing in the Office! Amazing!
@girmareta2889
@girmareta2889 Год назад
Aboo natti toltaam Muktaareeeeee 😍😍😍😍
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Год назад
Jabaa namaa yooyyaa Baga nagaan dhuftaa 😍🎶🎵
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Год назад
Tola
@hawalencho9151
@hawalencho9151 Год назад
Welcome Back 😇😍😍
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@user-ix5cu1li5m
@user-ix5cu1li5m Год назад
MashaAllah. Shiikuren Muktar. I'm Wollo Oromo. Keep it up.
@duresaguye5912
@duresaguye5912 Год назад
Wow sagalee kee addaa hangafaa artii oromoo.Thank you boss
@user-xf1hc1qe8c
@user-xf1hc1qe8c Год назад
Muktaar abbaan sagalee kiloole weellisaa qofa miti, Hayyuu fagootti waa argudha. Weellistonni Oromoo otoo sirraa baratanii maal qaba laata.
@oromoohits4921
@oromoohits4921 Год назад
Walloo🍎🍏🍎
@user-oc1zn4cl8u
@user-oc1zn4cl8u 2 месяца назад
Dhugaa way sagalee ke muktar bagumaa kennaa tatee
@diinaaolentertainment
@diinaaolentertainment Год назад
Nam jabaa koo akkan siif hojii kee hundaa jaaladhu maloo uuufff❤❤❤
@biko331
@biko331 Год назад
Sanyii me maatii naf ta'ii maloo
@diinaaolentertainment
@diinaaolentertainment Год назад
@@biko331 kiyyaas godhi siif godhera
@natoligeda8317
@natoligeda8317 Год назад
Cool. I always love my Wollo Oromos.
@SemradinKedirSemradin
@SemradinKedirSemradin 6 дней назад
Muktar Usman my fovirte: live long life
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 Год назад
Kabajamaa Art. Muktaar Usumaan, ijoollummaa kootii eegaleen radion si dhaggeeffachaa guddadhe. Galata qabda nu biraa. Umurii dheeraa nuuf jiraadhu kiilolee keenyaa🙏
@oromtitiwbo5078
@oromtitiwbo5078 Год назад
My Oromo🥰❤💚❤️
@seadaibrahim5863
@seadaibrahim5863 Год назад
❤❤❤❤❤❤WOW
@kushgadaa9866
@kushgadaa9866 Год назад
Si’a meeqa akka dhageeffadhe hin beeku ❤❤❤❤❤❤ Abboo umrii nuuf dheeradhu 🙏🏻🙏🏻🥰🥰🥰🥰
@gidilechisa
@gidilechisa 20 дней назад
Sagaalee kilolee bara baran hin jijjiraamnee wellisaa gameessaa baay'een si jalaadhasii umurii Dheeraa sif hawwaa❤❤❤
@obseeshow9855
@obseeshow9855 Год назад
Best oromo music ❤
@Kiyabecka12
@Kiyabecka12 Год назад
Muktaar, keenya Reeftu reeffa jedhe kan jiraa Awwaale 👍 Bakkuma dhaqan dhaqxee kama faarsan faarsite 😊 WOLLOO= Mallattoo Gootummaa fi Bareedinaa ❤
@abdushow983
@abdushow983 Год назад
Wooow❤❤ Amazon🎉❤❤ Hedduu namatti tola❤❤
@shigidoshow
@shigidoshow Год назад
Brilliant Man 👌🏿👑. Look at his face action with sound😍
@guutamaaomar6487
@guutamaaomar6487 Год назад
Artist muktaar sagalee isaa yoomuu hin quufamuu umrii dheeradhu baga AADAA OROMOO Walloo sagalee kee kana wajjiin si dhagahee dhugaa
@yafetfray1941
@yafetfray1941 Год назад
Wow 🎉what a beautiful music you make . My man you blow my mind never see wollo music 🎶 this beautiful 💯💚💯 well done
@fraolayele790
@fraolayele790 Год назад
Waw waw!!! High quality music with beautiful cultural dresses and unique sound.
@HarawaTashi
@HarawaTashi 11 месяцев назад
Ajaa'iba ‼️ Jiraadhu nuf umrii dheeradhu! I proud oromo music
@abdiifantarreessaa
@abdiifantarreessaa 2 месяца назад
WHAT A SONG, THE ARTIST, THE SOUND AMAZING
@ahmedbontu8442
@ahmedbontu8442 Год назад
baayee gaariidha ,aadaa sirritti ibsa
@milkientertain2022
@milkientertain2022 5 месяцев назад
Don't get old what a kiiloolee sounds excellent ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@90ETHoldmusic
@90ETHoldmusic Год назад
Video quality %100 Graphics%100 Melodie%100 Transition %100 *All overall everything is amazing I love ❤️ it!*
@ibsafeyyisa
@ibsafeyyisa Год назад
Oromoon tokko tahu akkanati itti himi! Galatoomi
@sabriinamyusuuf1812
@sabriinamyusuuf1812 Год назад
Woowwww walloo biyya koo galatoomi muktar😍😍😍😍😍
@mabiratudangia7305
@mabiratudangia7305 Год назад
Wow amazing song
@heavenheaven-rh2kt
@heavenheaven-rh2kt Год назад
Muktaar usman unbelievable voice ❤️❤️❤️❤️😍😍😍
@muktarsado3324
@muktarsado3324 Год назад
Legend ❤
@obseegudeta4765
@obseegudeta4765 Год назад
Waalloo koo 🎉🎉🎉
@Abdiahmed25
@Abdiahmed25 Год назад
What’s a voice ❤❤❤
@lelisagetaneh8709
@lelisagetaneh8709 Год назад
Artistii keenya nuuf jiraadhu! Onnee dhalootaa keessatti bara baraan yaadatamta❤
@guutaa1
@guutaa1 Год назад
❤❤❤❤❤ Wallee ajaa'ibaati hayyuu keenyaa Muktaar Usmaan
@sumafmusicstudio
@sumafmusicstudio Год назад
Harka funee motii kiyyaa muktaar koo yaboo an yaada siif bareese hin bekuu haa tahuu malee amma siif bareesuuf dirqama jaalalan siif qabuutu na dirqee. Muktaar kiyya an ijollummaa koo irraa kaaseen sii dinqisifachaa siboottaan kees sirbaatan guddadhee. Anii kabajan siif qabuu adda hundaafu yaada kootti yoon cee'uu sirbichii amma hojjattee kunii dhugaa rabbiifu kan addaatii sagalee kiloolee tee sun waaaaaaw waan addaatii guddaa galatomii waan nu hojjattefi. garuu akkuma kilipoota sirboota duraanii san kilipoin na jalaa gad bu'ee waan kilipiichii barbaaduu baayyedha kanaafuu irra debi'ii ilaalii senaan sirbaa fi waraabbin kiliipii wal hin madaallee. Please otuu hin ballatiin irra debi'ii hojjadhun yaada kotii!! HORII BULII Yoo yaada narra fetuu qabaatee fb koo irraatti na dubbisuu dandeessaa guddaa Galatoomii
@WalaabuuEntertainment
@WalaabuuEntertainment Год назад
Yaanni kee Heduu yaada fudhatamaadha kanafuu galatoomii gara fula duraatti waan hojjadhu irrtti akka yaadaan nugargaartu abdii Annaa. Galatoomi
@user-ix5cu1li5m
@user-ix5cu1li5m Год назад
Thank you Muktar. Wonderful Wollo Oromo Music.
@hordofaabdulazizkemer9876
@hordofaabdulazizkemer9876 Год назад
this song completly touched my #HEART i love you so much🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍🖤❤🤍💯💥💥👌👌👌👌👌
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 11 месяцев назад
Wallokoo biyaaa gotaa wagaa kumaa nuuf jiradhaa!💜🌳
@radoabdo3575
@radoabdo3575 Год назад
Welcome back 💐💐💐💐 very nice music🙏🙏🙏🙏✅✅✅✅✅✅✅👍👍👍
@MuaazAbbasalaam
@MuaazAbbasalaam Месяц назад
❤❤❤
@getahundaba1843
@getahundaba1843 Год назад
Best music keep it up!
@sisigadissa8574
@sisigadissa8574 Год назад
Wowwwww🥰😘
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@garomafanta4584
@garomafanta4584 Год назад
Jaabaa keessaan Lakkawwaadha yoo jedhaan Isaan Keessaa Tokkoo Muktaariidha ❤❤❤❤
@saalimabdallaah2771
@saalimabdallaah2771 Год назад
Fantastic you are the first one
@belyanjemalbelyanjemal-6550
Artist muktar usman adeeroo keenya baay'ee namatti tola walaloon yeedaloon qideessamni muuziqaadhaas hundinuu hawwataadha dansaadha xiqqoo yaadi ani qabu uffannaarratti innis billaan gara keessaa or gara ittiin waamuran sun achi faragaluu hinqabu yeroo 1 garmigaa dhufa yeroo 1mmoo gambitaa deema ta'uu hinqabu garuma bitaarra taa'ee gara mirgaatti xiyyaafachudha qaba galatoomaa
@melkamujembere6116
@melkamujembere6116 Год назад
magan magan hayyee
@ubeydihussein2321
@ubeydihussein2321 Год назад
Ooh... Muktar kiyya! Lafee dhiira ambeentuu... Your sound, melody and etc are special. Sirba kee dhageeffataa yaadaan ijoollummaa yaadataa... yaadni namaan bada. Umriin dheertu! You are special as always! Proud of having you!
@hundesabeksisa
@hundesabeksisa Год назад
walloo
@user-df5lg4nf7z
@user-df5lg4nf7z Год назад
Abbaa jallalaa umiri dheradhuu❤❤❤❤
@sabontuwalloo4444
@sabontuwalloo4444 Год назад
Muktaar kenya nuf jiraadhu😍🌳😍🌳
@mobarekibro6956
@mobarekibro6956 Год назад
Wow❤
@biko331
@biko331 Год назад
Qaalii kiyyaa me maatii naf ta'ii maloo
@hermelaalefe8218
@hermelaalefe8218 25 дней назад
one of the greatest songs
@chalamergadewo8709
@chalamergadewo8709 Год назад
Sagale kun ajaibaa nama jechisisaa Nuuf Galatomaa❤❤❤
@asmeramulatu5441
@asmeramulatu5441 Год назад
Muktar keenyaa sirbiikee susii naa qabssisee "LongLIve"
@KeenbonTube
@KeenbonTube Год назад
wow❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-qr5vc8pb3u
@user-qr5vc8pb3u Год назад
ዋው ድምፅህ ሁሌም ያስደምመኛል ግን ዘፈኖችን ብዙ ተመልካች ባላቸው ቻናሎች ብትለቅ ብዙ እይታ ያገኛል ወይ ደግሞ የራስህን ዩትዩብ ክፈትና በራስህ ቻናል ስራ በርታ❤🥰
@mootiiweegee4764
@mootiiweegee4764 Год назад
Woow what is the voice + song i can't stop listening
@kindebuli3098
@kindebuli3098 Год назад
Timeless musicians
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 3 месяца назад
Don't get oldies Artist Muktaar Long live respect you❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤!
@amantifikiru5630
@amantifikiru5630 Год назад
Baayyee namatti tola akkas malee aadaan Oromoo guddaadha nuuf jiraadhaa ijoollee Oromoo Muktaar jabaa❤ sabaa walloo ko sin jaalladha ❤💚
@abduahmad3694
@abduahmad3694 Год назад
Dammaa dammuu😁😍
@wollo330
@wollo330 Год назад
wollo oromoo culturee beautifull❤❤
@ahmadbaalee7592
@ahmadbaalee7592 Год назад
Welcome baga nuh dhuftee
@biko331
@biko331 Год назад
Sanyii me maatii naf ta'ii maloo
@getchmangose640
@getchmangose640 Год назад
Muktar best Oromo Artist.... I love you
@odaaoddyseenaa9941
@odaaoddyseenaa9941 10 месяцев назад
Muktaaroo rasaasa namaa ammallee umriin tee amaana. Ati weellisaa qofa miti, qabsaahaa sabaati. Dhiira qaamaaf sagaleen isaas hin dulloomne. Jaalalaaf kabaja guddaa siif qaba sanyii kiyya.
@robashow7614
@robashow7614 Год назад
Ajaaibadha dhugaa! Keep up a good work
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 Год назад
Oromtiicha koo muktar osman❤❤❤ Walloo
@chala9990
@chala9990 Год назад
Wayi sagaleekeeeeeeeeee❤❤❤
@abdiman12.
@abdiman12. Год назад
Jabaadhu ammas ❤❤❤❤❤
@sisigadissa8574
@sisigadissa8574 Год назад
😍😍😍😍😍
Далее
Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette
6:58
Просмотров 3,2 млн
Muktar Usman - kullee new oromo
6:29
Просмотров 72 тыс.
Muktar Usman  -  Hasaasiin hasasaa
6:49
Просмотров 186 тыс.
Muktaar Usmaan Sheeka - Ati Tiyyaa
6:07
Просмотров 362 тыс.
ДжаЯмми - Туман
4:18
Просмотров 156 тыс.
АМ АМ
1:31
Просмотров 1,6 млн
Miyagi & Эндшпиль - RudeBoys (Official Audio)
3:16