Тёмный

OGEETTII MO'AA | S2 EP5(PART_3) FAARFATTUU BILISEE KARRASAA WAJJIN | MO'AA TV 

MO'AA TV
Подписаться 201 тыс.
Просмотров 87 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

16 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 115   
@shitteeashabir3618
@shitteeashabir3618 3 года назад
Uffffeee kaa biloo koo senna dabrsaan senna hasa'uun garridha jabbadhu baraa kee haa ebbissu goftaan❤
@meetidinqa935
@meetidinqa935 5 лет назад
Uuufffee biloo koo waaqayyoo ammalle Dachaa Dachaan sii haa Eebbisuu ❤❤❤💝💝💝💝
@bece5121
@bece5121 2 года назад
Wawo
@kennaagezewu8061
@kennaagezewu8061 6 лет назад
Alleluyyaa yesus Guddadhaa waqayyoo nama kaafnaan Gad nama indeebisuu Yesus Guddadha
@kennaagezewu8061
@kennaagezewu8061 6 лет назад
Maaloo dhugaa seenaan kun seenadhumaa dhugaadha jedhaa wowe Dhugaa goftaan Dachaa si'ebbisuu Tv mo'aa wanbayyee nu'ubarsuftaniiii Guddasaa Ebbifamaa
@kumeradamessa2015
@kumeradamessa2015 6 лет назад
Waaqayyo guddaa isin haa eebbisun! Faarfattuu Bilisee Karrasaa nuuf dhiyeessu keetif guddiseen si galateeffadhaan qopheessituu qophii OGEETTII MO’AA Lalii Girmaa!. Biloo ammoo faarfattootaa Oromoo Waaqayyo nuuf laate keessaa kanaan hedduu jaaladhu keessa ishee tokkon eebbifami ❤️ Galatoomaa warri MO’AA hundinuu.
@workiabe7744
@workiabe7744 6 лет назад
Kumera Damessa ameni
@user-qh5yk8md8j
@user-qh5yk8md8j 5 месяцев назад
Uffanaa keef dibaataa kanna qannasii biloo dhugaa farsaa kee faanaa hin demuu tole si jaladha maaf akkaa kee durii sana😢😢😢😢😢😢
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 4 месяца назад
Jabadhuu inii sii wamee amanamadhaa ulfaadhuu yesuus yaa hojii kee
@gannitjaw4624
@gannitjaw4624 5 лет назад
Wwwww ebbifamii bilo waqayyoo dach dachaa si ebbisuu Akasumasi qophesitu Tv mo'aa lallii jabadhuu
@raggatuu
@raggatuu Год назад
❤❤❤❤❤
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад
Uuuuuuufffiiiyiii 😭😭 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa eeebbifamaa dachaa dachaan
@masiijesusyoutube7411
@masiijesusyoutube7411 3 года назад
Woooowwww bilisee baredduu ebbifaami bagaa gargaaramte❤❤❤❤
@firyotworkine5044
@firyotworkine5044 2 года назад
AmeenAmeenebbifamii
@caaltuubadhadhashalto801
@caaltuubadhadhashalto801 6 лет назад
uuuufffeeeee Billookoo ebbifamii halloota nannoo jiraan dhaga,uun karaati nama hambisaa kiristoos garuu halloota irraatti haboo guddaa qaba haa ulfaatuu maqaansaa.ebbifamaa
@roobsaanjabadhaitifufaorom891
@roobsaanjabadhaitifufaorom891 6 лет назад
Ameeen Ameeen waqqayoof galani hata, u Ebbifaama baay, ee namatii tolaa.
@ahmadbohsein2736
@ahmadbohsein2736 5 лет назад
dhugaadhaa ayyanii saa waqayyoo nuf haa bayiisuu ebbiifamaa 💋💋💋💋💋❤❤❤❤❤❤❤❤
@dxb8577
@dxb8577 8 месяцев назад
Uuuufffee uuuuuufffeee AMEEN AMEEN 😢😢😢
@warkitusufa7931
@warkitusufa7931 2 года назад
Uuuuufffeee ebbifamatuu koo😥😥❤❤❤
@jiranerayesusin6456
@jiranerayesusin6456 6 лет назад
Ameeeeen ameeeeen waaqayyoo karaa qabaa ilaalchi isas kan namati gargarii bayee nama dhibaa yaalii yaamicha goftaan itiin siwaame Biloo maqaan saa yaa ulfatuu eebbifamii dachan amayuu eebbaf ta,ii
@aniwagellaattiileyahuu1259
@aniwagellaattiileyahuu1259 6 лет назад
Yeshii u Gamechu uuuuuuuuuufffffeeeeeeeeeeeeeeeeeeee bayyee jiraanyaaa namaa jajaabbessaa. jechii keesaanii ijoollee kakuu gooftaaa isinii haa ebbisuu ebifaamaaa
@dirribeemamoodiribeemamoo7427
@dirribeemamoodiribeemamoo7427 6 лет назад
Uuuuuufffffeeeeeee bilookoo Eebbifamii. Dachaa sinboo qabetii mucaagooftakoo ayyaannichii dacha sirratii haa dabalamuu. ........!!!!!!!!! Anilee akkakeetii gooftaa Taajjajiluudhaa Dheebbuunkoo
@destashura1614
@destashura1614 6 лет назад
Uuuuuuuuuuuffffffffeee waqayyoof karaan hunduu karadhaa baayee aja'baa hojiinsaa ebbifamaa bilo lalo gooftaan sin haa ebbisuu amma dhumatti si haa dhabu baayee sin jalladha onnee koo kessa jirtaan ebbifamaa
@a71green25
@a71green25 Год назад
Ameèeeeeeeeeeeeen Eelelelelelelele
@alogetachewag2291
@alogetachewag2291 6 лет назад
Uuuuuufffeee waqayyoo bara jireenyaa keessani haa eebbisuu eebbifamaa hunduu
@abeeraga6116
@abeeraga6116 6 лет назад
Yaa bilisee waaqayoo bay'ee sijalata garuu dogogoraa qabadaa sirefadhuu ufaanakee atii ufatee madarakiitii batuu bay'ee nama gadisisaa dhalooni malii siraa hubaatuu
@asheeadii1927
@asheeadii1927 6 лет назад
Waqayyoo Kessaa Malee Bakee Ilala Mittii Obbollettikoo Attillee uttuu ijikee banamee mulatafii ergaa dubii waqayyoo ishee kessaa bahuu uttuu ubatee ufanaa qamashee hin ilaltuu ijii hafuraa kenyaa nuuf haa banamuu!!!!!!!
@ooyiruumedia4133
@ooyiruumedia4133 6 лет назад
Bilisee goftaan sii haa Eebbisuu farfatuu qofaa mitii atii namaa waaqayyo dha.
@genetiyob7893
@genetiyob7893 6 лет назад
waaqayyo bara jireenya kee haa eebisuu Bilseeee Eebifamtuuuuuuu
@keennaayadata
@keennaayadata 2 года назад
Wwwwwwwooo waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebbiissuu
@user-bd5bg6zg4m
@user-bd5bg6zg4m Год назад
Amiiiin amiiiin 💔📖⛪🙏😢😢😭😭😭 😭😭😭😭😭
@almewako6613
@almewako6613 3 года назад
WOWO WAAQAYYOO GUUTUMA JIREENYA KEESSAN YAA LALISUU DACHA EEBBIFAMAA
@bashaduudaboshii3847
@bashaduudaboshii3847 6 лет назад
Waqayyoo koo bara jirenyaa kessani haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa sabaa
@maeenmansoor2090
@maeenmansoor2090 6 лет назад
Ameni Ameni waaqayyo gooftani dachaa isini haa ebisu ebifamaa
@blftukumalesa13
@blftukumalesa13 2 года назад
Wow wonderfully ayyyaanni dachaasifaabaayyaattuu❤️❤️❤️❤️❤️
@semgantooo1704
@semgantooo1704 6 лет назад
Waaqqayyoo Gudaa Godhesii Haaebisu F. Bilise Anii Bay.ee Siijaaladha
@diribejaleta5677
@diribejaleta5677 2 года назад
giftiikoo kana olillee humnasa siif ya dabaluu
@bece5121
@bece5121 2 года назад
Waaqayyo Baga si gargaaree haadhooko
@senaamagarsaabalchaa1981
@senaamagarsaabalchaa1981 6 лет назад
uuuuuuuufffffffffff yaniii nama in gituu ulfina waqayyo aniis senaaa kana dhugaadhasa adda bafachuun barbadayuuu Biloo koo waqayyo namaa akkeka irra qabu qormataa itti bayyisaa atii fagenyaa gudda namaaf tate inni si dibee goftaan ha galatefamuuuuuuu Ameeeeeeeeeeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@goodnews8612
@goodnews8612 5 лет назад
Waaqayyoo si yaa ebbisuu Ebbiifaamii biloo sinjaladha
@asffd3729
@asffd3729 4 года назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameenebifamaaebifamii
@milkesalikisa6249
@milkesalikisa6249 Год назад
Baayee namaati tolaa biloo ayyaanichi baayee sirraa jira
@alamimalata2561
@alamimalata2561 5 лет назад
Nuu jiraadhu biloo sijaalanna wanti hiin dabarre hin jiru
@bontubontu5154
@bontubontu5154 4 года назад
ebbifami waqayyoo siis Adabalu Ayyanasa
@nehemiathebuilder1995
@nehemiathebuilder1995 2 года назад
Namatti tolaadha dacha ebbifami
@wondwosentilahun5986
@wondwosentilahun5986 4 года назад
seenaan jireenyaa kee baay'ee barumsa of keessa qaba yaada waaqayyo akkan sirritti hubadhu nagargaareera ammayyu waaqayyo ammayyu baay'isee siihaa eebbisu
@hawii1034
@hawii1034 4 года назад
Ameeeeeen seena gurguddadha mati waaqayyo baaga si gargare hula baayye siidabarsse
@alemutadese1329
@alemutadese1329 5 лет назад
dhugabaatii keef Waaqayyo siha'eebbisu ,Garuu beekisiisa giddu gidduutti kana eenyuutu itti godhe irraa haqamuu qaba waa lama walduuka hin deemu
@sukareatomsa5222
@sukareatomsa5222 6 лет назад
Anoo Lalii koo si'uman jaalladheem♥♥♥♥♥
@ranirak3042
@ranirak3042 2 года назад
Ebifamii.waqayoo.si.ebisuu🤲🤲🌹🌹💞💞
@fttuumesianbesa5008
@fttuumesianbesa5008 2 года назад
w/o ebbifami bilise konjo
@annaanna7741
@annaanna7741 6 лет назад
waaqayyoo isin haa ebisuu Bileeto haduuuuuu si jaladha waaqayyoo dhuma kee haa baresu
@kenawaqayo6262
@kenawaqayo6262 5 лет назад
Uuuuuffffffffeeeee ebifamiii biloo
@bahraincc8022
@bahraincc8022 5 лет назад
Wan hedduun iraa baradhee waqayyoo siin haa eebbisuu eebbifaa
@kiyyaatube9073
@kiyyaatube9073 3 года назад
Uufffffff biloko waqayyoo dachaa dachaa sii haa eebisuuu akkam sijaladhuu
@emabetlebetyoutube7416
@emabetlebetyoutube7416 4 года назад
Ammalee Ayyanni Waaqayyoo dachaa sirratti haa dabalaamuu bilo
@tamiratgirma1950
@tamiratgirma1950 2 года назад
Thanks 👍👍👍🙏👍🙏🙏
@mariamgetachew7882
@mariamgetachew7882 3 года назад
Wow it's so amazing God bless you beloved sisters I love you Biilese I really blessed with your songs. Keep It up Konjo.
@kureekuree2373
@kureekuree2373 Год назад
Ebifamaa
@abiskitchen8177
@abiskitchen8177 Год назад
Eebbifami bareedduu ko.
@lalisemucaakakkuuti2905
@lalisemucaakakkuuti2905 6 лет назад
Uuuuuuuuuuuffffeeeee Ilililililililililililililililililililili Galani guddaani waaaqayyoofi haata'u
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 года назад
Bilo simboo qabeeti koo ebbifami
@iyasuabeshu1032
@iyasuabeshu1032 6 лет назад
haasawa keessan irraa waa baay'ee baradhe waaqayyo isin haa eebbisu Lalii fi Biloo
@FiromsaTafa
@FiromsaTafa 10 месяцев назад
Tabarki
@unikh9837
@unikh9837 2 года назад
Uuuuuuffffff Uuuuuuffffff 😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭
@odutugaayomidemary1039
@odutugaayomidemary1039 5 лет назад
Uphaaaaa bilii koi biyyaa Arabaa keessaattj mudhiin koi hidhaamtee🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤
@ilfinashserhan101
@ilfinashserhan101 6 лет назад
Amen amen amen ebifami
@minassieshibru266
@minassieshibru266 4 года назад
Yeysyes Leg Web8che Eglolen Iromya Bare Senglda Gebda.
@soromekabada9676
@soromekabada9676 4 года назад
Waqayyoo bara kee ebbisu Bilo waqayyo ayana kana caalu siif haa kenu bay.ee sii Jalaladha bilo
@wabiikooyesustadalaa8393
@wabiikooyesustadalaa8393 3 года назад
Ebiifamtuu koo
@sifanisiraataa5977
@sifanisiraataa5977 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@BiraneLabata
@BiraneLabata 2 месяца назад
🥰🥰🥰🥰
@hanakumaraolana3211
@hanakumaraolana3211 3 года назад
Ameeen Ebbifamii
@roberob9634
@roberob9634 6 лет назад
Waqayyo dacha baraa kee haa ebbisuu billise ayyanichi isnif ha dabalamuu
@kenajirata3466
@kenajirata3466 3 года назад
Dhuga baatike guutummasaa nu dhageessisi biloko
@emebetbirahanuiyaasusiigoo9051
@emebetbirahanuiyaasusiigoo9051 4 года назад
Ebiifamii waabayeedhaani💘💘
@mamushfekeda9545
@mamushfekeda9545 6 лет назад
bilisee waqayyoo saa eebisuu. garuu uffannaakeefihalluu fullaa kerrraa sanatu namaa jibisisaa.malgoodhataa atoo ayyanaa waqayyoon fi simbooonsaa sii bareecherraa.kana dhissi adaraaa.farfannakee sichaa simbookoo ulfinaakoo suuraakoo midhagnakoo kanjedhu sani maaf iirranfatee.eebifamii.
@saragari6825
@saragari6825 4 года назад
Ebifama lamanu keesaani iyu bayeen isin jaladha
@galaneb2340
@galaneb2340 5 лет назад
Uu uuuuuufffffeeee sena gugurda kesa dabarete 😢
@biqiltuoromiyaagd610
@biqiltuoromiyaagd610 4 года назад
Bilookoo farfannakee kana baayee jaaladha dhugaa ebbiffamii
@ammayyuukw9064
@ammayyuukw9064 6 лет назад
AMMEEEEEEEEEEEEEN AMMEEEEEEEEEEEEEN AMMEEEEEEEEEEEEEN WAQAYYOO BARA KEE DACHAAN HAA EBBISUU BILOO!!! QOPHES MO'AA TV GUDDAA EBBIFAMA!!!
@a71green25
@a71green25 Год назад
Eshiì
@sarahamsalu8960
@sarahamsalu8960 5 лет назад
Biloko ebifama bayeen isiin jaldhaa bilo
@waqayootikisekotianihomahi9215
@waqayootikisekotianihomahi9215 4 года назад
Dachadhani Ebifama🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌
@weedduulyrics
@weedduulyrics Год назад
faarfannaa bilisee jaallatamaa: ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-NICF-HAfoxM.html
@muluberhanumuluberhanuu9515
@muluberhanumuluberhanuu9515 5 лет назад
Ebbifama
@ኑወደህይዋትምንጭኢዬሱስያ
Bilisyeee tabarki
@ebissoroba4055
@ebissoroba4055 6 лет назад
Iain lachuu eebbifamaa!
@mestigarba5930
@mestigarba5930 2 года назад
biloo koo baay'ee sijallana waaqayyoo ayyanasaa sifabaay'isu
@nesanetroba773
@nesanetroba773 2 года назад
👍👍👍👍👍👍🌹🌹🌹🌹🌹
@nesanetroba773
@nesanetroba773 2 года назад
Nukaradhuu🙏👍
@nesanetroba773
@nesanetroba773 2 года назад
Lov,you
@nesanetroba773
@nesanetroba773 2 года назад
EeeeeeeeeeeeeN
@a71green25
@a71green25 Год назад
❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😅
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641 3 года назад
❤❤💞💞🥰🥰👍
@adanichadanich4489
@adanichadanich4489 5 лет назад
Billoo bay'een si jalladhaa ani karraa faraffanna kee waqqayyoo nati dubatee farruu ke dhagefadhen gofta fudhachudhafi murtes waggaa 8tin duraa ebbifamii
@lalisemucaakakkuuti2905
@lalisemucaakakkuuti2905 6 лет назад
Baga waaaqayyoo sigargare
@Rehana-kb4hd
@Rehana-kb4hd 5 лет назад
Bilokoo si jalanaa siboo qabetii nama waqayoo
@naaomiichannel2490
@naaomiichannel2490 4 года назад
😭😭😭😭😭😭uuuuffffeeee
@burtukankabbe5184
@burtukankabbe5184 4 года назад
ayyaanniwaaqayyo dabaleesiifaa baaýyatu
@sarahuji7381
@sarahuji7381 2 года назад
🥰🥰🥰🤲🤲☝
@waaqqaayyoogaridhaaa5971
@waaqqaayyoogaridhaaa5971 5 лет назад
😢😢😢😢😢😢😍😍😘
@naniethiopia9443
@naniethiopia9443 6 лет назад
Eyesusf galanni haata'u ebifama
@morkebashanantu8476
@morkebashanantu8476 5 лет назад
😳😳😳😳😳
@hawwiiwallaga4149
@hawwiiwallaga4149 3 года назад
Biloko😚
@deribesamuel1791
@deribesamuel1791 6 лет назад
biloo bareduu gorsikee bay.ee garidha dhuga
@masarathayilu3938
@masarathayilu3938 3 года назад
Waqayo namagatu
@fantuderiba
@fantuderiba Месяц назад
🙏🫶🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@morkebashanantu8476
@morkebashanantu8476 5 лет назад
Rabbin tokko
@berkeberke4270
@berkeberke4270 4 года назад
Guddaa_ebifamii_ittuumafufi_waaqayoo_dabalee_siyaa_dibuu
Далее
"Maaloo Ijoollee koof aannan bitaa!" - Tumsa Mo'aa
56:34
Malkaa Aartii
34:21
Просмотров 732