Тёмный

OROMIA11: OROMOON GUMAA QAALII ISAABAAFACHUU QABA" SISAAYI HUNDEESSAA. 

Oromia 11
Подписаться 152 тыс.
Просмотров 48 тыс.
50% 1

OROMIA11: "HAACAALUUN ERIGA ANI OROMOOF QAALIDHA JEDHEE, OROMOON GUMAA QAALII ISAABAAFACHUU QABA" SISAAYI HUNDEESSAA.

Опубликовано:

 

3 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 321   
@abdetaedea
@abdetaedea 2 года назад
Dhugaan Hacaaluu ibidda tahee Itoophiyaa gubaa jira.
@GGU900
@GGU900 2 года назад
Waa'een Laamroot kun garuu naa shakkisiisee tarii qaamni ishee ergate akkumma isheen mana hidhaa turteen iccittii baasu dandeessi jechuun baasaanii iccitii dhabamsiisuuf yaadame natti fakkaata🙏🙏
@fatutiya2875
@fatutiya2875 2 года назад
Haacee 💔💔😭😭Gotaa Gotaa Ammoo umurii isaa gabadudha Garuu Gumaa haacee Rabbii ☝☝☝ Billisumani haa baasuu
@amnenabrham5866
@amnenabrham5866 Год назад
Haacee
@obseemeshallag8206
@obseemeshallag8206 2 года назад
Yaaaaa rabbi yaaaa Allah gooftaaa beekaaa waa hundaaaa dhugaa Gootaaa keenya Haacalu Hundeessaa nu baasi nu argisisi
@elsabettarefe79
@elsabettarefe79 2 года назад
Hacee 💔💔😭biyyon sitti yaa salphatu garuu kee yeroo hundaa naa gubbaa guyyaa tokko garuu debbin jiraa abshiri guyyaa dherrata malee gummaa kee in hafuu yaa rabbi sitti bekkaa 🙏💔💔🤴🏾my heroo hacee nagaya naa boqqadhuu
@asterdabala4407
@asterdabala4407 2 года назад
Waaqayyoo dhugaa isaa ifatti nuufi habbaassu kaa 🤲☝️
@GGU900
@GGU900 2 года назад
Haga har'aa Haacee dhabuu koo amana hin jiru yeroo muuziqaa isaa iddoo kamitu dhagahuu naa boochiisa isaas dhabeen dhugaa isaas dhabe😭😭😭 Rabbii dhugaa isaa gaaf tokko ni baasa oromoonis dhugaa ilma isaa haa barbadu rabbii ni jira ni injifannaas☝☝☝
@selamademsung5995
@selamademsung5995 2 года назад
በእውነት እኔ አባቴ ሞቶብኛል ግን የአባቴን ሞት እርስቻለሁኝ (የሀጩዬን ሞት መርሳት አቃተኝ. የስማይ አምላክ እግዚአብሔር የሀጫሉን ደም ያውጣለት እግዚአብሔር ይፈርድ
@seenaatube4709
@seenaatube4709 2 года назад
Haccee koo 😭 An waa lamaa dhabduun ta'ee jetee mitiree😭 sis dhabnee dhugaa kees dhabnee lencaa koo 🙏" tisisaraa damaa hin eganii" seraa itopiyaaras dhugaa hin eganii. Osumaa gubanu jiranaa maal gonaa😭😭😭😭🙏
@sabrinamasoud3718
@sabrinamasoud3718 2 года назад
😭😭😭😭😭😭ayiii yarab haqaa hacee koo dhuga kee rabii habasuu waee kee dubataamees hin dhuumu yomuu
@oromiyaabiiyaakoo8088
@oromiyaabiiyaakoo8088 2 года назад
Aaaayii haacee koo dhuugaa Kee Raabii haa baasuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💗♥️guubne
@hey1232
@hey1232 2 года назад
Our True Leader Oboo Jall Dawed Ibessaa May God Bless You & Protect You From All Evil Eyes Amennnnnnn AmennnnnnnAmennnnnnn 👏🏾👏🏾👏🏾❤️🌳❤️💪🏽💪🏽💪🏽
@hawwiiwallaga4149
@hawwiiwallaga4149 2 года назад
Uuuffff😭😭😭😭haccee keenyaa wanumaa siftanuu dhabnneemi obbolleessaa isaa kanaa illee waaqayyoo siyaa eguu saanyiko😭
@zewdneshfkryoutube3248
@zewdneshfkryoutube3248 2 года назад
Dhiigaa Haacee koo Waqaayo o Nufi Haabasu u ☝️☝️💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️
@samiraidris4448
@samiraidris4448 2 года назад
Hacceee dhugaa kee rabbii haa basuu 💔💔💔😥😥😥😭😭
@halima1294
@halima1294 2 года назад
Uuuuuffff Hacee koo ati hin dune seenaa yomilee hin dune qabda, rabbii dhigaa fi dhugaa kee nu haa basuu inshaalaa dhugan kee akkanati dhukkate hin hafuu inshaalaa 😭😭😭😭🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕🖕☝☝☝
@halima1294
@halima1294 2 года назад
Gifti koo sanyii Hacee rabbii si haa gudisuu,🥰🥰🥰❤❤💚 ❤ijji hamtun si hin argina,rabbii umarii kee nuf haa dhereesuu
@ranaahmed8155
@ranaahmed8155 2 года назад
Atu nama cimaadha rabbi umri kee haa dheressu maalee obbolleessa hacceee koooo
@gadisamekonen7885
@gadisamekonen7885 2 года назад
dhiigni qulqullootaa dhangala'ee waan hafu miti jeequmsi biyya kanaa inni guddaan dhiiga hacaaluti hacaaluu ajjeesnee nagaa taana jedhanii yaadan garuu faallaa itti ta'e. ammayyuu Waaqayyo haa faradu waa'ee hacaaluutiif .WAAQAYYO abbaa murtoo dhugaa waan ta'eef abdii irraan hin kutannu
@fevensaudi5717
@fevensaudi5717 2 года назад
You are right ✅ Sisayi
@bareedduubaadiyyaa5279
@bareedduubaadiyyaa5279 2 года назад
Yaa rabbii baasi dhugaa hacaalu 🤲
@nuraamohamadanuraa3843
@nuraamohamadanuraa3843 2 года назад
Yaa haaceee koo rabiin haqa kee haa basuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@asiyaomer3683
@asiyaomer3683 2 года назад
Yaa rabbii dhuga hacalu nuu basii☝️🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭
@tsehayregassa6853
@tsehayregassa6853 2 года назад
የሃጬን ገዳይ እግዚአብሔር አንድ ቀን እጥፍ አድርጎ ይከፍለዋል እግዚአብሔር ልጆቹን ባርኮ አሳድጎ ትልቅ ደረጃ ያድርስለት!!!
@kitilayadessa8872
@kitilayadessa8872 2 года назад
Ahaa...yoomiyyuu taanaan dhimmi Goota keenya Atist Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa godaannisa otoo hin taane madaa hin qoorre yeroo mara nu dhiiguudha. Garuu obboleessa Haacaaluu kanaaf gaaffiin qaba ani. 1) Du'a Haacaaluu dhimma siyaasaaf fayyadamuu haa dhaaban yeroo miseensi maatii irra deddeebiin jedhu nan dhaga'a. Jecha kana immoo hooggantoonni OPDO jechaa turan. Garuu Haacaaluun kan wareegame,sababa ejjjennoo fi ilaalcha siyaasaaf miti moo? Moo namuma haaloo dhuunfaa irraa qabutu galaafatee? Dhimma siyaasaaf ajjeesan taanaan akkamittiin yeroo wareegama isaa kaastu,siyaasa irraa qulqulluu gooteefii dubbattaa? 2)Oromoon ni callisee galee rafe kan isaan jedhan kunis na ajaa'iba. Oromoon boo'ichaaf ba'ee daandii irratti hafe guyyaa tokkotti 250 ol ta'uu EHRC gabaasee ture. Haacaaluun FF awwaalamuu qabaan dhimma siyaasaaf natti hin fakkaatu. Jibba nfx oromoofis hacaaluufis qaban tokko dhimma FF irraa madda. Garuu miseensonni maatii nutoo asitti awwaallanna,dhimma mucaa koo naaf dhiisaa jedhanii hamilee uummataan faallaa dhaabbachaa turan. Shaneetu ajjeese warra bosonaa jedhamee propaganda hojjetamaa ture,garuu rakkatoota hojii humnaa guyyaan bulan asumaa qabanii hidhan. Wareegamuu Haacaaluun wal qabatee hooggantoota qaalii dhabnee jirra,100k qabsaawonni hidhaatti guuraman. Eenyu akka dhimmma siyaasaaf dhimma itti ba'aa jiran ituu arganii oromoo isa gumaa Haacaaluu baasuutiif dhama'aa oolu,dhiisi dhimma siyaasaaf hin oolfatiin namaan jedhan kun maalumaa? Taakkalaa uumaa ituu achi tureera ta'ee silaa siidaa bareedaa dhaabaaf jedha sisaay. Siidaa bareedaa Haacaaluuf dalaguun cubbuu hojjete sanarraa walaba ba'uuf ture jechuudha. kan hooggantoota keenyaan asuma turaa jedhee Republikaan gaardii itti yaame isa miti moo? Ani oromoo irratti waanin argu dadhabinni guddaan **Qaamuma Haacaaluu ajjeeseen-Maaloo haqa naaf fidi jechuu **Qaamuma Haacaaluu ajjeeseen-Siidaa bareedaa isaa bakka bareedaa akkasiitti Haacaaluuf naaf dhaabi jechuu....echi kana situ godhata bar gaafa bilisoomtee dhimma kee milkeeffatte,dhiisaa diina kadhachuu jarana.
@ashenafigutema8885
@ashenafigutema8885 2 года назад
I support your idea 100% bro
@abedurotahero8320
@abedurotahero8320 2 года назад
Na keessa dubbatte mataa dhiiraa
@halima1294
@halima1294 2 года назад
Dhugaa jetee qali nama,Takala umma shiraa xaxee hayyoota kenyaa hidhati guree,
@rosafayisa9437
@rosafayisa9437 2 года назад
Great discussion!! Thank you so much for making things clear for us.
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 2 года назад
Hacuu koo silas kan si ajjeese dhugaa kee hin baasu rabbumti haa baasu malee wlh numa na gubde duuti kee🖤😭😭😭💔 biyyoon galabaa siif haa taatu. sisay bro koo rabbi si haa eegu
@mulukenkebede_mk
@mulukenkebede_mk 2 года назад
Dhugaadha, Maatiin Obbo Hundeessaa Boonsaa Sisaay dabalatee ijoollee goota heddu qabu. Garuu Oromoon Qaalii isaa agartuu deebi'ee argachuu hin dandeenye dhabe! We are heart broken since that tragedic day😭😭😭
@sisayhailu1484
@sisayhailu1484 2 года назад
A sa. A
@sarabati1209
@sarabati1209 2 года назад
rabbii dhugaa isa yaabsuu
@weduentertainment4764
@weduentertainment4764 2 года назад
Waan ittii yaadamee godhame Akkamitti ifa baha otoo ittii hin yaadamne ta'ee silaa Shan Ajjeessee du'ayyuu Silas maal godha innuu Ayiiiiiiii jedhem
@sahartsehaygemechu5539
@sahartsehaygemechu5539 2 года назад
Haacee Koo dhugaa Kee waqaayyoo haabaasuu yero dhiyotii 💔💔💔💔😭😭😭😭☝️☝️☝️☝️☝️🙏🙏🙏
@foziyaibrahim2082
@foziyaibrahim2082 2 года назад
Inshallah allah Haccee koo gafaa tokko dhugaan kee ni bayyaa leeccaa koo 😭😭
@iftuuabarra9123
@iftuuabarra9123 2 года назад
Uuuuuuuuuffffff Hacee haqaa kee rabii Barbaduu gubaneee❤❤❤🤲🤲🤲🤲🙏
@tiyashawaa1889
@tiyashawaa1889 2 года назад
Uuuuuffffff HACEE waayeen kee onnee keenya nu bobeessa bara baran dhaloota dhalootatii 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔 abbaan dhugaa waqaayyoo dhaa dhugaa kee yaa barbaaduu hacee
@yaarabbiikoali8004
@yaarabbiikoali8004 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭 yaa rabbii ati jirtaa 😭😭😭😭😭😭😭😭Uuuuuuuuuffi 😭😭😭😭😭
@ghjhfghh9814
@ghjhfghh9814 2 года назад
ATIIS OFEGII SISAY OF HIDGTIIN HAMUMAKNAYOU ATIY JURTAF HAQSA RABIN HABASU 😭😭😭
@saraangela7437
@saraangela7437 2 года назад
Hacee. Waqayoo. Dhugaa. Haa. Basuu. 💪💪💪💪😭😭
@obseoro428
@obseoro428 2 года назад
Hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️♥️♥️🙏
@martagetachew4644
@martagetachew4644 2 года назад
Waqnii dhigaa isaa lafatiin hin abbbisiin 😭😭
@samirashemsu3185
@samirashemsu3185 2 года назад
Rabbi jelaa umtuu hin dhokatu😭Rabbi inni ifaaf dukkana uume dhugaa haccee nuuf haa baasu😭
@tejitugutema1394
@tejitugutema1394 2 года назад
Dhiigaa Hacee biiyyaa sanaa baleessaa jiraa Abiyi fanaa 🤞🤞🤞🤞🤞 goochati jiraa waaqaayyoo Abiyi fi galeesaa undii akkaa saree maraateti du’uu Hacee his the Hero’s Our king 👑 💞💞💞💞😭😭😭💎😭💎💎💎!!!
@zebibahussein175
@zebibahussein175 2 года назад
Ya rabbi ati dhiga isa nu deebisi 😭 keessi kenna gubatee ima caldhisnee jiraatara malee 💔
@mominaa0286
@mominaa0286 2 года назад
Uuuuuffff Amshir sisuu dhugaa haccee inumaa batii lubbuu isaa jenataa nuuf haa boqatuu
@obseedamee3805
@obseedamee3805 2 года назад
haacee koo dhiigaa keetii dirama dalagu pp hacalu nyaatte abada jiraattu
@kabirafaati1437
@kabirafaati1437 2 года назад
Rabbiin guma isa nuf habaasuu
@fatewake2940
@fatewake2940 2 года назад
Rabbiii guma isa haa baasu
@kumerayadeta
@kumerayadeta 2 года назад
waaqayyoon dhugaa dhiiga qulqulluu ha falmu
@masiiaddisuu4244
@masiiaddisuu4244 2 года назад
Rabbin haqa isaa haa basuu
@jiraabuuleebaariiargufu2220
@jiraabuuleebaariiargufu2220 2 года назад
uuuuuuff haacee gootaa keenyaa waaqyoo guumaa kee hin gaatii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@azizaatiyaa4736
@azizaatiyaa4736 2 года назад
Haccee koo ilimoo issii Aree heeduu naa bochissee 😭😭😭Oromoo qalii kenyaa dhabinee gaangaa yomii caalissina
@orovine1772
@orovine1772 2 года назад
Haqaa hachalu rabbin habasu
@mohammedmiftahuddinkaliifa9142
@mohammedmiftahuddinkaliifa9142 2 года назад
Rabbi dhugaa Hacee haabaasuu😭😭😭
@oromiyaahaacaaluu4537
@oromiyaahaacaaluu4537 2 года назад
Hacee koo uuuuuffff gubane rabbiin gumma kee nuuf haa basuu wan jennu hin qabnu ayyiii💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝️
@hailemichaelsaketa5161
@hailemichaelsaketa5161 2 года назад
We all Oromos must follow lamrrot Kemal
@workybalcha9306
@workybalcha9306 2 года назад
Yaa rabii akumaa gubanetii hafnaa moo dhugaa isatuu bahaa uuuuuuuuifffff😭😭😭😭😭😭😭😭
@makeyaaliyyi3446
@makeyaaliyyi3446 2 года назад
Hace ko qali oromo oromo rabbi dhiga ke ha basu😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 2 года назад
Hacee dhugaa kee rabbii haa basuu
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241 2 года назад
Rabbiitan dhiisee Keenyaaf kee kana Hacee koo 😭💔
@halimamahamaad3
@halimamahamaad3 2 года назад
Uuuuuuuuuuuff yaa Rabbii ati haqaa haccee nuf basii yaa Allah ☝️🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@bilaalhuseen6966
@bilaalhuseen6966 2 года назад
Rabbi dhiiga isaa haabaasu
@hawwiijaalmarroo430
@hawwiijaalmarroo430 2 года назад
Hacee koo😭😭😭😭😭gubanee bar si defachuu hin dadenyee💔💔😥😥😥😭😭😭💔💔😭😭😭😭
@nasirabub349
@nasirabub349 2 года назад
Dhugaa hacaalu rabbii haa basuu
@ansariianas7340
@ansariianas7340 2 года назад
Yaadaisin eegu arganii eeganii HabibaaSiraaji IJAA Finfinnee to garaaqaama bulchinsa lafaatiin joharmuhamad nyaataan.Har'as2014 yaadaa qaamaan isiin eeguu ilmaan sabaafi sab Oromia to Mallasiizenawii OBN gaaddisabaatii beeka stoparresting yaada arganii eegumsaaf beekumsi rabbiin bira jirree eeggadhu.safuu harkii SEENAAFI yaadaa waa arganii eeganii HabibaaSiraaji harkiiwal eegee walbeeke .Beekaan beekaa eegee bulchinsa lafaatiin dursinee aarsaafi dhugaanis diina yaaddeesinaa gubnee icciitidha ummannii deebitee mariin daguu Mufariyaat fi Abiyyiifi fedhiinis siyaasni lubbuuqabu nageenyaa ummataatii freejoharmuhamad Gzx Asiyaa #harkii hojiif jijjiirama gaafachuuf beekaan himee acaluukurree jilbaatii har'as Kan kee garaa dhaqqabaa welcome Hamiltantv me onneen tvislaamaa SAW SAW SEENAAFI yaadaa waa arganii eeganii HabibaaSiraaji Rabbumattaan humnaijaarsa nyaanis gurraaf #dubbii #Eegii dhugaa onneetti freejoharmuhamad kurreejilbaatii waraanniis icciitidha duula beeknee
@birhanegurmessa9084
@birhanegurmessa9084 2 года назад
Yaa waaqayyoo akkuma garaan keenya nugubatetti nuhin haambisiin
@rosafayisa9437
@rosafayisa9437 2 года назад
We demand Justice for Haccalu!!
@ririalriri3816
@ririalriri3816 2 года назад
Yeroo gafii gaafatamuu sutaa gafaadhaa kanaallee hin nyatta abiyii kasaye diqalan
@giftiitube7120
@giftiitube7120 2 года назад
Yaa waqayyoo dhugaa obolesaa kenyaa baasii na agrsisii maloo dhigaa isaa lafaa balesiin maloo yaa waqayyoo sii kadhadhee atii nuf dubadhuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@senawarku4897
@senawarku4897 2 года назад
Wayyi dhugaa haacee raabi biraa qofaa 😭😭😭😭😭😭😭💔💔
@umabdulrazaqatube5305
@umabdulrazaqatube5305 2 года назад
Iniyu jedhera hace ko hark harka hin nyatu dina ofi male dhuguma kan walinyatu fagodha hin dhufine numa kessa jira male mucitins fagodha hin dhufine knf hori isheni nyate ishe hagubu rabi haqi isa hin dhisin yomiyu abani dhuga rabi qofati ega kessa kenya gube afe waeni isa 😭🙏🤲💔
@gutakifle2014
@gutakifle2014 2 года назад
Hacee dhugaa hin qaallati malee hin ciitu goota koo❤️
@urjiioro8110
@urjiioro8110 2 года назад
Hacee dhiigaa kee waaqayyoo haa basu🖤🖤😭😭
@meskikebede4223
@meskikebede4223 2 года назад
Dhugaan hacee keenyaa harkaa waaqa jiraa guyyaa tokko innumaa bahaa isaa waaqayyoo gooftaan jaalatee Lubbuu isaa mirgaa qulqullootaa yaa dhabuu!
@bachumekonin4349
@bachumekonin4349 2 года назад
Justice justice justice justice justice justice........,......................................... For our hero
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 2 года назад
Oromoon dhugaa argachuuf hamma akka uummata Tigireetti murannoo gahaa qabaannutti . Oggaa nu ajjeesan akka gahaatti duubii kennuu dandayuu qabna . Kadhaa fii booyicha irraa dhaabbachuutu barbaachisa .
@ashyasaiyid3950
@ashyasaiyid3950 2 года назад
RABBIIN sii haa guddissu giftiiko
@tube6627
@tube6627 2 года назад
እጫሉ በምዲር እሥካለሁ ከፊቴ አይሆዲም ለፖለቲካቸዉ ገደሉት መሞት ቀርቶ መታመም የለለበትን ልጂ የልጂ አዋቂ ጨላህ ይፍረዲባቸዉ ልጆቹን ሣይ በጣም አዝናለሁ ሚሥቱማ የማይወርዲ መቸም የማይጠፍ ተሸክማ ያለቺዉን ፈጣሪ ያቅላታል ግን የአጫሉ ገባይ አደባባይ አዲወጣ አፈልጋለሁ
@betibetiyemariyamlij761
@betibetiyemariyamlij761 2 года назад
Uuuuuuuuffff malii gonna rabbin dhigaa isaa yaabasuu garran nuugubbte 😭😭😭😭😭
@taajuukamaalotufaa2764
@taajuukamaalotufaa2764 2 года назад
Wayoo hacee koo 😭😭😭😭😭😭
@burqamoti1764
@burqamoti1764 2 года назад
Dhugaan Hacee Hundeessaa badee hin badu yo rabbiin jedhe!
@asantioromoo3726
@asantioromoo3726 2 года назад
Dhugaa waqayoo aniyu osso haceen galee Nan du'af turee Mali godhuu garuu...... 💔😭
@jituumorke3757
@jituumorke3757 2 года назад
Ufff Rabbi Abiynni haa gubuu akka nuu gubee kana
@hawi443
@hawi443 2 года назад
Hachalu was lawyer of Oromo. But Deth of Hachalu nobody stands!
@ኦሮሞነትኩራትነው-ጘ1ኰ
😢😢😢😢😢 ካዉስጣችን የማይጣፋ ሀዛን እግዚአቤሔር ይፍረድ
@alainalain2199
@alainalain2199 2 года назад
waqaayyoo atti faradii dhugaa hacaluu
@jscomp9914
@jscomp9914 2 года назад
Haccee gotaa koo an hatuu😭😭😭😭😭🙏🙏
@ahmadsaani4069
@ahmadsaani4069 2 года назад
Hacee koo dhugaa kee dhabuni Dhukuba Gawaqabinee tayee Hacee koo Biyeen siti Hasalipatuu 💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔
@faredatejane6999
@faredatejane6999 Год назад
Laamrootiin nama isiitti dhiyaatuun qorachiisaa,dhugaan jiru isii harka jiraa, erga dhugaan baheen boodaa Rasaasaan osoo hin taane Qeensaan ajjeesaa
@zumesufe4715
@zumesufe4715 2 года назад
Haqiin hacee hin hafiiin
@nejatekalif4241
@nejatekalif4241 2 года назад
Wow super intelligent man. He speaks just like Haccee 😰😰😰
@helina3753
@helina3753 2 года назад
ምንድን ነው የሚሉት እባካቸሁ የሚያስረዳኝ ካለ
@misganaaster137
@misganaaster137 2 года назад
መቼም እውነት ትዘገይ ይሆናል እንጂ ተቀብራ አትቀርም የጊዜ ጉዳይ ይሆናል እንጂ በእሱ ላይ ሞት ያወጁት የተባበሩት እውነቱን የደበቁት ስለ እሱ ዝም ያሉ ሁሉ ዋጋቸውን ያገኛሉ ዋጋው ክፉኛ ይከፍላሉ ይሄው የእሱን ደም የጠጣች ሃገር እየታመሰች ነው ::
@Huzef-ti5qi
@Huzef-ti5qi 2 года назад
haqini hacaaluu hinturti malee inuma baati jabaa namaa dhabne garatu nugubate yomiyuu hin irranfatamu
@rhodalopes7517
@rhodalopes7517 2 года назад
Dhugaa. Hacee. Waaqayo ha barbaaduu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@madinataju7355
@madinataju7355 2 года назад
Ayyyy haceekoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ghjhfghh9814
@ghjhfghh9814 2 года назад
Gazxexscii..👍
@sshawaa4681
@sshawaa4681 2 года назад
Yaa waqayyo dhugaa hacee nuuf baasii 😭😭😭😭
@momnaaarsiifreeoromoo400
@momnaaarsiifreeoromoo400 2 года назад
Yaa rabii dhugaa kee nu basii uuuuuuuuuuufffffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@tsehayregassa6853
@tsehayregassa6853 2 года назад
ሃጫሉን የሚተካ ሰው ባለመኖሩ ነው የሃጬ ደም ደመ ከልብ ሆኖ የቀረው ለዚህ ነው እሱ ቢኖር ኑሮ ያትም ገብቶ ገዳዬን ይፈረድ ነበር። ሃጬ ወንድሜ ሁሌም ሁሌም እንወድሃለን አንተን መርሳት ጨርሶ አይቻልም!!
@hayati1840
@hayati1840 2 года назад
Kan weyane duka dhabatu seba hacalu miti 💪🏻
@ghjhfghh9814
@ghjhfghh9814 2 года назад
😭😭😭😭haqaa esaa Rabin habasuu qaxallee 😭😭😭
@murshidamurshida1322
@murshidamurshida1322 2 года назад
Garani nuu gubate yaa rabbii haaqa isa nuu bassi😭😭😭😭😭😭😭
Далее
iPhone 16 & beats 📦
00:30
Просмотров 118 тыс.
OROMIA11: Irreecha Minnesota Bara 2024
1:23:58
Просмотров 10 тыс.
Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
Просмотров 460
interview with Singer Addisu Wayima
57:50
Просмотров 71 тыс.