Тёмный

OROMIA11: Walhaabarruu- Habtaamuu Lamuu Wajjiin 

Oromia 11
Подписаться 144 тыс.
Просмотров 21 тыс.
50% 1

OROMIA11: Walhaabarruu- Habtaamuu Lamuu Wajjiin

Опубликовано:

 

19 апр 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 90   
@kifleayana7273
@kifleayana7273 3 месяца назад
Yaada garii irraa waan haasoftaniif, hedduu isin jaalladhe! Jabaadhaa,galatoomaa!
@user-in7bu7rx6f
@user-in7bu7rx6f 3 месяца назад
Habtaamuu lammuu umri nuf dheeradhu atis masaraat sin boonna jabduuto❤❤❤❤❤
@user-in7bu7rx6f
@user-in7bu7rx6f 3 месяца назад
Baayee sidinqiisifaadha jechaan ittin si ibsu hin qabu gudda galatoomi ati nama jabaadha waan hunda caalaa waan ofi jabeefachuu saboonummadha waan baayee nama barsisaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 3 месяца назад
Dear Habtamu, you are on the right truck, please keep it up. Majority of the oromo people love your rationality.
@fayyineeseedaa798
@fayyineeseedaa798 3 месяца назад
Jedhika nama nagaa ajeesuuun sirrii mitti
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 месяца назад
Jiradhu qali koo yero akaniti esin elalu gamachu gudatu nati dhageyama ❤❤❤❤
@user-mn2ul2ko1n
@user-mn2ul2ko1n 3 месяца назад
Habtee nuuf jiraadhu ati nama cimaa fi hubataadha.
@samyasamya4438
@samyasamya4438 3 месяца назад
Masiiyyee atillee galatoomii hadhookoo jabduu dubartii ati nuf dhugaadha giftii koo ♥ nuf jiradhuu ❤❤❤
@GemechisMulugeta-iv4zt
@GemechisMulugeta-iv4zt 3 месяца назад
Jeneraaltichiifi Masiin waaqayyo isin haa eebbisu lamaan keessanuu nama jajjaboodha Oromoon gamaa gamana jiru isin irraa waan hedduu akka baru abdii guddaan qaba
@galanaolana
@galanaolana 3 месяца назад
Jajjaboo keenya jabaadhaa hojii boonsaa dalagaa jirtuu.
@AbdulfataJamel-qd3xy
@AbdulfataJamel-qd3xy 3 месяца назад
❤❤❤
@mebrattsegay9143
@mebrattsegay9143 3 месяца назад
It, is,Riley Amazing ❤❤❤❤❤Hbtee❤❤❤❤
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 3 месяца назад
Hello abtamu and oromo 11 Nice interview
@marimagudato5952
@marimagudato5952 3 месяца назад
Mashallh Mashallh ❤❤❤❤❤
@BontuBoru
@BontuBoru 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@lalisakebede7324
@lalisakebede7324 3 месяца назад
walfakkaattuun wal barbaaddiin dhuguma edaa
@samyasamya4438
@samyasamya4438 3 месяца назад
Dhugaa ati jabaadha habteekoo Dhugaadha nuuf jiradhuu ❤❤
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 3 месяца назад
Lamaan keessanuu qaxalee Oromooti! God bless you!!
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 3 месяца назад
Welcome jabaadha Oromo
@Khadiza-xp8rl
@Khadiza-xp8rl 3 месяца назад
❤❤❤namaa gaalatatii❤❤
@Makiypido
@Makiypido 3 месяца назад
Wow❤
@YusufHuseen-if3po
@YusufHuseen-if3po 2 месяца назад
Abidaa show😂 Qanqee show❤ Haftiish umrii dheera❤
@FesalUsman
@FesalUsman 3 месяца назад
Galaatomi Habteeko ❤❤❤❤❤❤
@yadessaulfata3999
@yadessaulfata3999 3 месяца назад
Barataan kutaa 8 dirqamni mootummaa maali akka ta'e hin beeku kanaafuu yaada kennuunsaa homaa nun fayyadu
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq 3 месяца назад
Mootummaa hin qeequu jettee kaateemmoo obbo Lammiidhaan Mootummaa nan qeeqaa jetteem habtish
@fayisaatomsa6658
@fayisaatomsa6658 3 месяца назад
Mataan Haftee akkamitti akka irraa dhume mee nuuf gaafadhu Masii! Naaf galuu dideem akkisaa!
@morkmedia6919
@morkmedia6919 3 месяца назад
Bitaamtoota fi garaa keef maati bakeeti gate oddesitaa
@abebeabera4877
@abebeabera4877 3 месяца назад
warra halaala ta'ee qeeqaan bussy nu godhurra isinuma wayya nuuf jabaadha
@hawwiihawwii-zl6fg
@hawwiihawwii-zl6fg 3 месяца назад
❤❤❤❤
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 3 месяца назад
Eeyee Habtaamuun qaxalee keenya!!
@user-yz4ir6vq9o
@user-yz4ir6vq9o 3 месяца назад
AMAZING HABTAMU.
@kumsadesisa763
@kumsadesisa763 2 месяца назад
Wal-qeequu vs wal-utubuu. Namatti tola
@goobanacaalasaa
@goobanacaalasaa 3 месяца назад
Obenii midahaa afaan oromoti Kan oromo mitii midahan oromon gafandu,u sirbuu Kan oromoo mitii
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 месяца назад
Abtamu kanya qali nuf jiradhu ❤❤❤
@HusenArga
@HusenArga 2 месяца назад
Gingilchaa hoo ni dhiiste moo
@aanaashow2403
@aanaashow2403 3 месяца назад
❤ Habtish Baayee Jaaladha bro Kiyyaa Hamaan Sin hin Argin
@chalaorolig9118
@chalaorolig9118 3 месяца назад
Bestidha
@iamoromonotethiopia3095
@iamoromonotethiopia3095 3 месяца назад
Uuff maliff hatuu pp you will invite to your Show doesn’t deserve to be there hatuu pp #Oromia11🙏💯😘💕❤️👍✊
@adugnafetena618
@adugnafetena618 3 месяца назад
Nice
@stargallery2283
@stargallery2283 3 месяца назад
Sin jalana isin lachu❤❤❤
@MohammadMohammad-bk3cl
@MohammadMohammad-bk3cl 3 месяца назад
Gowaa
@abdialiyi2565
@abdialiyi2565 3 месяца назад
Taa'i hin jerjarin habtee arra namaa laaltee waan hamaa hin sawin.
@furnemiresa1
@furnemiresa1 3 месяца назад
Kkkkkk mudaanookee heeduu na kolfisiisee🎉😅😅😅😅😅😅😅
@kumsadesisa763
@kumsadesisa763 2 месяца назад
Galatoomi Masii
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq 3 месяца назад
Wow yaadikee gaariidha Habtish"Ani mormaadhuman hafaayii?" Jette?
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 месяца назад
Mesiy jaletamitu koo
@sotkw3405
@sotkw3405 3 месяца назад
Haaya.jabaadhaa
@Bdo43
@Bdo43 3 месяца назад
Oromia 11 1, Harargee 2, Arsii 3, Baale 4, Shawaa 5, Boorana 6, Wallagga 7, Jimma 8, Walloo 9, Iluu Abbaa Booraa 10, Gujii 11, _______???
@dammex
@dammex 3 месяца назад
It not 11, they are misleading people. Oromoon kutaa 15 oli qaba.
@sumeyagebewo1591
@sumeyagebewo1591 3 месяца назад
Nuti ni gaafanna malee, hin gaafatamnu. Generaala keenya sumatu nama keessuummeessaa takka takka akkanatti namni sikeessummeessus jiraachuu qaba.
@user-nj1do6pw4d
@user-nj1do6pw4d 3 месяца назад
Abiyyi Oromoo akka hin taane haasaa Abbaan buddeenaa isaa Obbo Ahimad Alii akkuma ijoollee kootiittan isa guddise jedhe yoo argattan ilaalaa ! Haadhi isaa Amaara akka taate inniyyuu karaa faranjootaa Noorweyitti dubbateera. Haadhisaa isa fudhattee itti heerumte jechuudha. Abiyyi Amaaaradha, kanaafidha kaninni sabboonummaa oromoo jibbu fi oromoo waggaa kuma tokkon teellaatti deebisa jedheef.Abiyyi utuu Oromoo ta'ee nagaan biyya sana guutee irraa hafa ture. Galatoomaa !
@gobeburka5634
@gobeburka5634 3 месяца назад
afaan hin banin waan hin beeknerrati
@gobeburka5634
@gobeburka5634 3 месяца назад
afaan hin banin waan hin beeknerrati
@beyenemijutuji8061
@beyenemijutuji8061 3 месяца назад
Yaa Habtaamuu, sirbaa fi faarfannaan akkamitti wal dukka adeemaa?
@alaminfinix
@alaminfinix 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@muahedkader-eo4qn
@muahedkader-eo4qn 3 месяца назад
dulattoot keenya
@abdurrehmanaman4719
@abdurrehmanaman4719 3 месяца назад
Habtaamuun rifeensa malee dhalatee erga ga'eessomee rifeensa magarse moo akkami?
@user-hj2sb6zi3h
@user-hj2sb6zi3h 3 месяца назад
Akkamitti akka inni rifeensa isaa kana biqilchee gaafadhumee
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 3 месяца назад
Wow Oromo koo
@fayyineeseedaa798
@fayyineeseedaa798 3 месяца назад
Saree
@Khadiza-xp8rl
@Khadiza-xp8rl 3 месяца назад
😅😅😅😂😂😂😂wayyo wayyo
@mohammadamado6021
@mohammadamado6021 3 месяца назад
😮😮
@abdisatame4013
@abdisatame4013 3 месяца назад
Flexibility ta'u danda'uu qaba namni don't reged
@fayyineeseedaa798
@fayyineeseedaa798 3 месяца назад
Battee ajeesani qeeqika
@muhamaadbest7482
@muhamaadbest7482 3 месяца назад
Analee.fudhii habtee biyaa ormatii dulomee habtee
@user-dp7dm2ui7y
@user-dp7dm2ui7y 3 месяца назад
QophiinBayyeeGaariidha
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 3 месяца назад
Warri habtaamuu qeeqxani Oromoo miti.
@TTG713
@TTG713 3 месяца назад
Kana anuu ragaa niin baha ...yeroo ammaa finfinnee keessatti afaan oromoo akka feetetti qoma dhiibdee haasofta..yeroo tokko tokko namoonni finfinnee dhufanii hin beekne yookiin ala jiraatan warreen mootummaa qeeqan akka oromoon finfinnee keessatti mirgi isaa sarbamaa jiruttii yeroo haasawu nan gadda maaliif wanti lafarra jiru San waan hin ta,iinif....yeroo darbe kessa daldaltoota oromoo lakkoofsan hangam akka ta,an warri beeku ni beeka ,amma immoo hangam akka ta,aniis ni beeknu....haqa lafa jiru waan dubbattaniif galatooma....rakkooleen akka biyyattiiti hin jiru jechuu miti ni jira kan furamuu qabu....
@seyfudinabdo6887
@seyfudinabdo6887 3 месяца назад
0}}😊
@mulugetageleta-ob6tn
@mulugetageleta-ob6tn 3 месяца назад
Duuti oromoo irraayyu itti caale ,ati biyya galtee si jalaa dhokatemoo
@user-ht3zb7fd6i
@user-ht3zb7fd6i 3 месяца назад
kkkkkkkkkkkkkkkk ayii hafitishii
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 3 месяца назад
😂😂😂😂 Fincan Of Irrati Fincoftee Nama Kolfisisaa
@DamaSisay
@DamaSisay 3 месяца назад
Maa dugaattee habte erga biyyaa galte ni bilistigoomtee
@FiroomsaaAbduraman
@FiroomsaaAbduraman 3 месяца назад
Pppppp tahee bar nii dhugaa
@GGU900
@GGU900 3 месяца назад
Warrumti diyaaspooraa tun gaafuma biyya galtu maaliin kolaasuu dhugaa awwalluun xiyyeeffannoon isaanii garaa qofa taha🤔🤔🤔 ganama kabajamanii galgala salphachuu irraa nama haa baasu🤔🤔
@MohammadMohammad-bk3cl
@MohammadMohammad-bk3cl 3 месяца назад
😂👺👺👺👺👺
@fayyineeseedaa798
@fayyineeseedaa798 3 месяца назад
Qaxalee bilxigina
@JabirKemal-jf3zv
@JabirKemal-jf3zv 2 месяца назад
Kkkkkk😅😢
@JabirKemal-jf3zv
@JabirKemal-jf3zv 2 месяца назад
😢
@Daniel-bg4xt
@Daniel-bg4xt 3 месяца назад
ጨቋኝ ወገን የለውም : ምን አይነት የደከመ ሃሳብ ነው የምታራምዱት እፈሪ እፈር
@BabaRash-yf1sc
@BabaRash-yf1sc 3 месяца назад
Habbtamuu Lamuu galltuu,ergaamtu,basaastu,Abba gaaraa, nafxxanyaa nafxxanyaa chuufaa chaaltu sii beenaa. Qabsaa uff faakeesite atiin mataa kee qarrsaa bonaa faakatu, maqqaa qabsootiin maalaq kanada kess teetee UMAAT OROMO irra gurte turrtee hinumaa beetayu? Amm rifeens malaaqa suniini ufaatee udduu dhaabthee kushina PP kesaat galtee maal oddesit? Saree galat honqabn.👎👎👎👎👎
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 3 месяца назад
Galtuun siidha.
@BabaRash-yf1sc
@BabaRash-yf1sc 3 месяца назад
@@sitotawberhanu4279 ilmaan nafxxanyaa chalisi buden sii kutan egaadhu
@user-mn2ul2ko1n
@user-mn2ul2ko1n 3 месяца назад
ati oromoo miti sanyiikee qoradhu
@BabaRash-yf1sc
@BabaRash-yf1sc 3 месяца назад
@@user-mn2ul2ko1n OROMUMA maanaa haadha keetiit gurguurani? Atin kaa Oromo taatee,buaa maani Oromo buusit? Gaaraachaat quuftee jeenaan waan bilisoomt uff seetaa? Haareen different hinqabthu beekh yoo atiin deegaraa PP taat!!!! Aniin saanyii Jaato Ali, JARSO WAQQO qotto.
@Khadiza-xp8rl
@Khadiza-xp8rl 3 месяца назад
Usiii
@fatmahamad3409
@fatmahamad3409 9 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@ashenafin5187
@ashenafin5187 3 месяца назад
❤❤❤
@sarrashalin7541
@sarrashalin7541 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
Далее
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Просмотров 22 тыс.
YOOYYAA- "Yeroo Sana.."
39:55
Просмотров 12 тыс.
OROMIA11: Walhaabarruu, Weellisaa Mogoroo Jifaar
51:24
The Day Ronaldinho Showed Zidane Who Is The Boss.
14:05
OROMIA11: Walhaabarruu- Dinqisaa Dabalaa
1:01:21
Просмотров 27 тыс.
Keessummaa Waamaraa  Mohaammad Amaan Hajjii
21:25
Просмотров 43 тыс.