Тёмный

RNH 857, May 27, 2024 Soora Qalbii 

Nuuralhudaa
Подписаться 203 тыс.
Просмотров 40 тыс.
50% 1

RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 857ffaa
May 27, 2024
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
☑ Tafakkur: Ganda ummata umrii dheeraa
☑ Tana Quba Qabduu? Mirga dubartootaa indiyaa keessatti
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
🎛 Online & Download HD hearthis.at/11...
⬇️ DOWNLOAD nuuralhudaa.co...
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
📺 Qulqullina Bareedaa HD RU-vid • RNH 857, May 27, 2024 ...
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Yaada sagantaa keenyarratti qabdan dhaamsa gabaabduun nuuf ergaa
Email: mail@nuuralhudaa.com
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Application NuuralHudaa download godhuuf goo.gl/Ieo7dv
Facebook / rnuuralhudaa
Twitter / nuuralhudaa
Instagram / soora.qalbii
Telegram Channel t.me/nuuralhudaa1
Spotify: spoti.fi/3dow8JK
Apple Podcast: apple.co/3Iq7d6P
Deezer: www.deezer.com...
Website www.nuuralhudaa.com
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another RU-vid channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to RU-vid and requesting the removal of the unauthorised content.

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 480   
@saada1119
@saada1119 4 месяца назад
As wr wb ❤❤❤❤❤❤❤❤ ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله
@QashiraaMuktrar
@QashiraaMuktrar 4 месяца назад
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@munirshekali1277
@munirshekali1277 4 месяца назад
🤲 اللهم جعلنا منما يستمعون القول فيتبعون أحسنه جزاكم الله خيرا وبارك الله فيكم
@AishaAmaan-j4l
@AishaAmaan-j4l 4 месяца назад
Maashaallaah maashaallaah Baga nagayan dhufitaan ❤❤❤❤❤ hedduu issiin jaaladhaa
@zeharaabdurahman5648
@zeharaabdurahman5648 4 месяца назад
Welcome back masha Allah masha Allah
@LkjlMn7
@LkjlMn7 4 месяца назад
Mashalaa rabbin isnii iraa haa jalatu jzk qopiin kessni heduu namati tolaa ❤
@Rasisa-m6b
@Rasisa-m6b 4 месяца назад
Mashallah mashallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Daraartuu-h7y
@Daraartuu-h7y 4 месяца назад
Aswrwb an akka kiyyatii jarsumaa lamaffaa wojiin jirachuu qabdii malii jenanii ergaa duhee jedhamee jarsii nama irra dunan herumun hinumaa jirtii wan tahefii isaa duraa dhifama gafatee naa hikii jetenii jirenyaa ishee ofachuu qabdii jeehaa an akka kiyyatii maqaan koo Daraartuu Abdoo Bakkin jiradhuu Dubahii irrayii
@salahmame
@salahmame 4 месяца назад
As Wr Wb Ani Maqaan Kiyya Saalahaddiin Mahammad Jedhama Kaniin Jiraadhau Dirre Dawa Hassalliso Irrahi Ani Akka Kiyyaatti Jaarsi Duraa Saan Yoo Hayyameef Isumatti Deebi.uu Qabdiin Ja.aa. Sabaamni Isaas Nikhaa jaaarsa Duraatu Dura Jira Waan Ta.eef Eega Akka Jaarsi Duraa Jiru Hubatte Ichiin Booda Jaarsa Lamadaa Waliin Jiraachu Hin hin dandamu Waan Ta.eef .Saniifu Jaarsuma Duraatti Deebi.u qabdii . Waan Carra Nuu Laattaniif Galatooma ❤❤❤❤
@AlamudiinMahammad
@AlamudiinMahammad 4 месяца назад
As wr wb anis akkanuman jaha
@AminaaAlii
@AminaaAlii 4 месяца назад
Bagaa nagaa dhuftaan ❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Isin yanee dhugaa
@SamiraaShanqo
@SamiraaShanqo 4 месяца назад
Samiraa shanaqo jedhamaa kuwaiti jiraa taa jarasaa duraa ta'u qabadi wani dogagoraa motumati wani ta'efi hedu isin yanee bagaa nagayani dhufatani jabadha itti fufaa galatoma ulfadhaa ❤❤🎉🎉🇰🇼kuwaiti jiraa
@hhi4562
@hhi4562 4 месяца назад
😂😂😂😂😂😂
@SaraAdem-kz4pn
@SaraAdem-kz4pn 4 месяца назад
Ani Saud Arabia irraa isin hordofaa jira!Ani dubbiin tun deebiin na dhibe!
@AminaMude-w9y
@AminaMude-w9y 3 месяца назад
Mashaall mashaall jabadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zafeelovee
@zafeelovee 4 месяца назад
Masha allah ❤
@HamziiTaajir
@HamziiTaajir 4 месяца назад
Assalaamu aleykum warahmatullaahi baga nagaan nuuf deebitan isin jaalanna maashaa allaah❤❤❤❤❤❤❤
@AzadMurad-ic4ij
@AzadMurad-ic4ij 4 месяца назад
Maashaa Allaah Tabaarakallaah❤
@IkraamIkraam-f1z
@IkraamIkraam-f1z 4 месяца назад
Baga nagayaan deebitan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sabbontusaba3101
@sabbontusaba3101 4 месяца назад
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa ❤❤❤❤❤❤
@AsAs-fv4wy
@AsAs-fv4wy 4 месяца назад
Mashaa allaa mashaa allaa
@AbdurazakDemu
@AbdurazakDemu 4 месяца назад
Masha Allah Baga Nagan nu debitan
@Halima-y2e
@Halima-y2e 4 месяца назад
Mashallhiii mashalhii ❤❤❤ jabadha wly bayye isnii jalalladhaa❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Balqees-ys6dx
@Balqees-ys6dx 4 месяца назад
Maashaallaa ❤️ 💕 ❤️ 💕 ❤️ 💕 ❤️ 💕 Maashaallaa
@HusenUsman-n5f
@HusenUsman-n5f 4 месяца назад
Mashallaah ❤❤❤❤❤❤❤
@HuseenAbduselamabbaaf
@HuseenAbduselamabbaaf 4 месяца назад
As wr wb alhamdulillah baga nagaan deebiitaan
@GmailGmail-k7j
@GmailGmail-k7j 4 месяца назад
اسلام عليكم ورحمة الله وبركاته وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته ❤EsenisibagajiraattanWalumaanbagajiraanneJabaadhaa
@tajuutube4096
@tajuutube4096 4 месяца назад
Alahamduliililhaii
@NayifAwwal
@NayifAwwal 4 месяца назад
As wr wb Maqaankoo Awwal Ahmado Sudi Arabia irraa isin hordofaara Osoo ana taatee ninhiika male ajjeesees diliitti hingalu
@SalahMohammed39
@SalahMohammed39 4 месяца назад
My name is Salah Mohamed iddon ani jiru Harar. Irra hi jaarsi duraa waan ture heddu eydeef du,ee jechuus ega dhageysee dirqama isii bateti jirti waan tatef sanin waal irranfatan waan ta,eef kanuma walitti owwifatani jiran kanuma wajji haa jirattun jedha ani
@hassenemisson-mq5gy
@hassenemisson-mq5gy 3 месяца назад
RNH As we wb nagum 5/9/2024
@SamirabitiQasimILovemyQurnikar
@SamirabitiQasimILovemyQurnikar 4 месяца назад
ani maqa kiya samiraa jorda ira isni hordofa cara nu kenu kesanifi galatomaa ni ulfata garu .aba mana dura sani de.ebu qabadi toba RAbiti debite aka yada koti jzk
@InnocentCroissant-dn4vv
@InnocentCroissant-dn4vv 4 месяца назад
Aswrwb akkmjirtu Ustz Sagantaan raadiyoo nuurlhudaa nuural hudaa meeqa megaharzn dmeen hararii
@AbdurazakDemu
@AbdurazakDemu 4 месяца назад
Ani Abdulrazak Demu jedhama Ani Jartiin suni jarssa duratitti debiu qabddi jedheeni yaada Sababnis 1 durayyo wogga tokko egu qabddi 2abba ijolle sadi wan taefi Kaa ijoollee tokko sani dhiftte abba sadiini filatu qabddi
@SameraNasser-fg7hl
@SameraNasser-fg7hl 4 месяца назад
Mashaa Allah 💟 💟 💟 💟 💟 💟
@sabirinaBintiIslaama
@sabirinaBintiIslaama 4 месяца назад
WELL CoME❤❤❤
@AbdiMahmed-vf2rw
@AbdiMahmed-vf2rw 4 месяца назад
As wr wb baga naagaa dhuftan
@FhhggDghhgf
@FhhggDghhgf 4 месяца назад
Mashalha Mashalha Mashalha Mashalha ❤❤❤❤❤❤❤
@HalamahHussin
@HalamahHussin 3 месяца назад
As wr wb
@MuradAhmad-zl2lu
@MuradAhmad-zl2lu 3 месяца назад
❤❤❤❤
@MuradAhmad-zl2lu
@MuradAhmad-zl2lu 3 месяца назад
Masha. allah
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 4 месяца назад
Ws wr Wb akamai nagay
@Figamedia
@Figamedia 4 месяца назад
wellcome jenneerra
@qamariyaaajabar7562
@qamariyaaajabar7562 4 месяца назад
As wr wb duran dursee wan bayee isiniraa baranee jabadhaa rabii umrii isin ha dheresuu maqan kiyaa Qamariyaa A/jabar jedhamaa bakii jirenyaa Saudi Arabia iraa anii akaa yadaa kiyati kamaa lamataa kanaa wajin osoo jiratee jedhaa yoo sharian islamaa hayamtee sababnii isaa dua, ee jedhanii sabartee kaa biratii herumtee isin amaa jirenyaa harayaa wan Egaltef kamaa lamataa isii wayaa galatomaa caraa kanaa nu kenuf ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@NasroAli-h4r
@NasroAli-h4r 17 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Abdurahman-bq6ym
@Abdurahman-bq6ym 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@KaliifAbdii-kb3df
@KaliifAbdii-kb3df 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤kal
@KaliifAbdii-kb3df
@KaliifAbdii-kb3df 4 месяца назад
Aslhmualekum isninijaa
@KaliifAbdii-kb3df
@KaliifAbdii-kb3df 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@KaddeIbrahim-rn5sr
@KaddeIbrahim-rn5sr 4 месяца назад
As wr wb Maqan kiyya kadir Ibrahim (kadde)edhama godina baalee bahaa magalaa gindhir irrahi dubbin akkan nama dhibdii tasgabahani itti yadun barbachisadha ha tahu Garu akka yada kiyyati jarsaa jalqaba saniti debi'u qabdi sababani kana jedhe osoo isan jalalalla gari kessan jiran dirqamaan gara warana ofan male waldhani mufate isi jibbe dhise bira hin demnee isin jarsa lamafa saniti ka herumtef bar ka du'e sila du'e ka jiru jiruu itti fufa jetiti Mii re ka herumtef kanaf jarsa jalqabati debi'u qabdi yada kiyya gesse jiraa as wr wb asumanu obboleti tenna farhiya gafii aja'iba nu gafate bayye galatomi
@AliiHasaan-vf4ft
@AliiHasaan-vf4ft 4 месяца назад
Welcome bagaa Nagaan dhuftaan Mee worii akka ko jaraa kana jallatan like naf godha ❤
@AwelRoba
@AwelRoba 4 месяца назад
mashallaa ❤❤❤☝
@AbbasAliyyii
@AbbasAliyyii 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@hamdiiTube-r6i
@hamdiiTube-r6i 4 месяца назад
Ani maqaan kiyyaa Hamdiyaa Ahmed kanin jiruu saudidha gurbaan duraa saan ta bira fudhu qaba sabani jaartiin jaarsa isii jaallaatu dua isatu osoo arkite hin Awalatini osoo ni jiraafi hin jiruu warra biratti dua irraa hin qulqulesin herumate akka kiyyatii ta duraa san dhisii ta biraa fudhu qaba
@ummuu-bilaal
@ummuu-bilaal 4 месяца назад
❤❤❤❤❤
@ayantube1192
@ayantube1192 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@AfdalRobe
@AfdalRobe 4 месяца назад
As wr wb Maqaan koo Afdal Boruu jedhama USA irraayyi dubbii ulfaataa kana akka yaada irratti kennannuuf carraa nuuf kennuu keessanii hedduu galatooma jechaa ani akka yaada kiyyaatti isiin suni jaarsa duraatti deebi’uu qabdi yoon Shari’aan Islaamaa hayyameefi
@fatiyaebrahim5410
@fatiyaebrahim5410 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KeyruddinJemaal
@KeyruddinJemaal 4 месяца назад
ماشا الله ❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️❤️ ماشا الله ❤️❤️
@HamzaAbdi-l8u
@HamzaAbdi-l8u 4 месяца назад
Ani HAMZA ABDI Jedhama Dire Dhawa irraahi isiin tanuma Jaarsa duraa saniin ja'a ani sababniniis isiin beytee osoo taane du'a isaa waan amanteefi waan ta'eef Nikhaan jaarsa duraa nijiraan ja'a Galatoomaa Isin jaallanna❤❤
@TokkummaaTokkummaa-jl8ty
@TokkummaaTokkummaa-jl8ty 3 месяца назад
Aswrwb gaafi kana bakka intala sanii of buusadha laala jettanimii ani akka kotti yeroo sanitti jara San tokkolee wajjiin jiraachuu murteessu hin qabdu maali yoo jettan yeroo sanitti isiinu haalarifaatudhaa keessa jirtii karaa maati ishee deebite gaafa tasgabboofte jara lamaan keessaa kana diin qabu kan akkan ibaada jabeessu kan akkan sodas rabbi qabu!!!❤ maqaan koo Abdee jamaal jedhama omanirraa 🇴🇲
@miskozaker2809
@miskozaker2809 4 месяца назад
Masha Allah bagaa nagaan nuuf debitani 💗💗💗💗
@ShamsiYa-b8j
@ShamsiYa-b8j 3 месяца назад
Masha alha tabarakslha Baga nagaya nuu debita❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KadiirTub
@KadiirTub 4 месяца назад
As wr wb baga Rabbiin nagaan walitti nudebise الحمد الله maqaan kiyyaa kadiir sufiyan Harargee lixa Aanaa Xullo Aradaa burqaa jalalaa Akkan ja,utti fadhinaa isaatu lalama yoo fedhe nidefata yoo jibbe nidhisa❤❤❤❤❤❤❤❤
@SafiiAbdii-yv2xj
@SafiiAbdii-yv2xj 4 месяца назад
As wr wb nagayaa fayaadha fariyaafi usmaniis alhamdiililaah kunoo as genyee garu maqaan kiyyaa nadhii nuraddinin jedhamaa yanii bayyee dheraadhaa akkamiitii ha ibsaadhuu
@HayaatBakar
@HayaatBakar 4 месяца назад
AS WR WB mashaa Allah obbollewanii kennaa rabbiin dalgaa keessan gagaarii kannaa isiin irraa ha Jallaatuu caraa nuf kennu keessanif galatomaa. Rabbiif jechaa isiin jallaadhaa ❤Maqaan ko Hayaat Bakar biyyaa Qatar 🇶🇦 irraa Gafii keessanif Jarsumaa durattii debi'uu qabdii sababiin nikahaa irraa wanii qabufii
@sufiyanahamed
@sufiyanahamed 4 месяца назад
Ani Maqan Ko Sufiyaan Ahamad jedhama Jirata Sauditi🇸🇦 Gafiin Keesan Oso Sitate Akkam Gootadha 👈 Ani Oso Natahee jaartin Tiyya Ani Duunan Baatuma 6ti Nadagatte Waa Jarti Natatu Nikayaan Hiikaf Namichi Haa Nikaaya Harayaan Hafudhu Jolle Tiyya Isi Jala Deemtus Nabira Teteesysus Nin Gudifadha Jartii Biraa Taa Hoggan Anii Du,eesa Batuma 6 Qofatti Nan Daganne Fudha Oso Wagg 2 -3 Naeyidee Herumte Wanin Jedhu Jiraa Amamoo ----!
@intalaaarsiishkiraa9784
@intalaaarsiishkiraa9784 4 месяца назад
Walleykumsallam warahmatullahi wabarkatuhuu Sallallaahu Aleeyhii wassallam ❤❤ Mashaa Allah TabarakAllah Farhiyaa uktii qaali Nama ❤❤❤🎉🎉Galatomii 🎉🎉UfiF ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@Yusuf-sl2vs
@Yusuf-sl2vs 4 месяца назад
As wr wb baga nagahaan debitan hawwiidhaan isin eegaa turre . Gaafii kessaniif Ani Maqaan kiyya SEYFUDIIN YAAQUB MOHAMAD Bakki irraa isin hordofaa jiru biyya Keniya 🇰🇪 irraa Ani akka kiyyati jarsa jalqabatti deebi'uu qabdi isa duraa san jibitee miti yokaan wolii galuu dadhabanii miti ka isiin nama birrati herumteef odefanno dogongoratiin waan jaarsi isii de'e dhageetefi male . Galatoma waan carraa nuu kenitaniif
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 4 месяца назад
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah
@KaddeIbrahim-rn5sr
@KaddeIbrahim-rn5sr 4 месяца назад
As wr wb bayye tokko isin egaa turree qaqaliwwan Kenna Baga nagahan nu debitan obboleti tenna farhiya Adam Amma boda Kara RU-vid dhunfa ketinis dhamsa baredafi miawa saninis akka nu dhuftu abdii fi hawwi guddan isi ega jirra obboleti tenna qalii
@GgGg-c5t6i
@GgGg-c5t6i 4 месяца назад
deebisa intalo jaarsii ishee loola deemee fi kan lamaf heerumteef qabduu heerumnii ishee dogongoramii heera fi seera guttuu waan qabduuf.? dhiraa lama keeysa kan ishee kabajuu waajjiin jirtii. mirgaa isheetii.
@tiroAdem-nv5yd
@tiroAdem-nv5yd 4 месяца назад
As wr wb jechaa maqaan Tiro Adem dallo mannaa irraa gaaffii jaarsa du'ee jaartiin heerumteef jaarsi lammaffaaf heerumuu qabdi
@bdhdhdgdgdgdvd
@bdhdhdgdgdgdvd 4 месяца назад
maqan kiyyaa ariif amiin somaliLandirra ya qophesitotaa nural hudaa heddu isii jaladhaa galatomaa umrii nu dheeradhaa
@SamiraaShanqo
@SamiraaShanqo 4 месяца назад
❤Asalamu Aleyakumi woramatulayi wobarakatu nagahaa akami jiratani bagaa nagahaa dhufatani maashaallaa jabadhaa itti fufa❤ maashaallaa 🎉🎉
@IBSAATUUBE
@IBSAATUUBE 4 месяца назад
Ani Maqaan Kiyya Ibsaa H/Jeylaan Baalee Barhaa iraa Magaalaa Sawweenaa Gafii Keysanirrati Jaarsi Duraa Sun Fuudhuu Qaba Jedha Kan Biraa Baga Rabbin Nagayaan Walitti Nudeebise Umrii Dheeradhaa Isiniin Jenna
@HamziyaHinde
@HamziyaHinde 4 месяца назад
As wr wb Rabin haa Lafisuu Allahamduulilh islama tuu koti amade wan dhagayamu kana yade yoo jedhu ulfatadh
@anwaranwar-rj4sv
@anwaranwar-rj4sv 4 месяца назад
ماشاء الله تبارك الرحمن جزاك كم الله خيرا
@Boonsaajiloo35
@Boonsaajiloo35 4 месяца назад
AS WR WB akkami nagayaa qopheessitoota raadiyoo nuraalhudaa.ani maqaan kiyyaa BOONSAA JILOO MOHAMMAD, jedhama godinaa harargee baha aanaa gursum irrahi. ani akka yaada kiyyatti intalli jaarsa isii kan duraa wajjiin jiraachu qabdi jedhaa ❤ Galatoomaa Ulfaadhaa Hedduu isiin jaallanna Nuuf jabaadha
@Boonsaajiloo35
@Boonsaajiloo35 4 месяца назад
❤❤❤naaf dubbisaa
@NasRat-n9u
@NasRat-n9u 4 месяца назад
Mashallaah tabarkalla 💕❤️💖❤️❤️💞❤️❤️❤️❤️❤️ raabi umri tessani nuuf haa dhersu
@mahubashabo2244
@mahubashabo2244 4 месяца назад
As wr wb akmi ngy fariyafi osumaan ani kanin isifi bessesu jiruu ana gorogutuu irrahi mashallaha baga ngy nuf dhufta ❤❤❤❤❤❤❤ sin jallaladhaà🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@mahubashabo2244
@mahubashabo2244 4 месяца назад
Rabbi jeechaa
@SabafYaadOro
@SabafYaadOro 4 месяца назад
Maqaan Kiyyaa Yasiin Abdallaa Jedhama Kaniin Jiraadhu Jabuuti Murtiin Abbaa Manaa Kan Duraa Harkaa Qaba Yoniif Barbaade Ilmoo Isaatuu Fudhachuu Hiin dandahu Yoniif Abban mana isaa Kan Duraa Hayyameef Malee
@Haroo24-b10
@Haroo24-b10 3 месяца назад
@ShdhShsy
@ShdhShsy 4 месяца назад
Mashaallaah Mashaallaah Tabaarakallaah ❤ ♥ 💖
@MisAsha-ue5qv
@MisAsha-ue5qv 4 месяца назад
MashaaAllaah MashaaAllaah ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️
@nasruibsa6561
@nasruibsa6561 4 месяца назад
Masham Allah
@Yaarabiisumaairkoonkoo
@Yaarabiisumaairkoonkoo 4 месяца назад
Ws wr wb bagaa nagaha nuu debitaan ❤❤❤❤❤
@AbdiJabbaar-mq3qe
@AbdiJabbaar-mq3qe 4 месяца назад
Mashallaha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@aleemamasafi3957
@aleemamasafi3957 4 месяца назад
Ws wr wb mashalla Mashalla Mashalla tabaraki alla baga ngy nufi dhuftani jkz
@RadwanHasan-x9y
@RadwanHasan-x9y 4 месяца назад
Subahaan alla maali wanni akkana uuurr😢
@zeenatmohd1108
@zeenatmohd1108 4 месяца назад
MaashaaAllah MaashaaAllah ❤️❤️
@sadatimohammed2992
@sadatimohammed2992 4 месяца назад
Sadati Mohammed jedhama Aweday irraahi isaan Laman keessa kan irraa jalatu wajjiin jiraachu qabdi akka yaada kiyyati
@OromtittiiArsii
@OromtittiiArsii 4 месяца назад
Maaashaa allaahatabaarkalaah tabaarakallaah ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😢😢😢
@AlawiyyamuzamilAlawiyyamuzamil
@AlawiyyamuzamilAlawiyyamuzamil 4 месяца назад
Wa'allekum sallam waramatuuallah wabaraakatuhu Jazaakaallahu keyraan masha Allah rabbiin isinirraa haa jallatuu jabaadha rabbiin isini haa jallatuu baga nagadhaan debitaan
@AMIIRMOHAMMED-cc7ir
@AMIIRMOHAMMED-cc7ir 3 месяца назад
ANI MAQAAN KOO AMRAN IBNU MUHAMMAD jedhama Dhaloonni G/H/B Aanaa G/Muxii Teessoon kan amma jiru Haramaya University Ani akka kootti Rakkoon Beektoota Amantii Kan Gandaati fi Manguddoo Gandaatin Hiikamu Qabdii Jedha.
@halimaahmadgasara2411
@halimaahmadgasara2411 4 месяца назад
Mashaallah tabarakaallah Rabbii isini irraa haa jaalatu ❤❤❤❤❤❤❤jzk
@hikmaahikmaa5020
@hikmaahikmaa5020 4 месяца назад
Masha allah hedduu isiin jaladhaa qophesisoota radiyoo nuralhudaa❤❤❤❤❤❤ Du'ayii naf godhamee isinis rabbii aduniya akira akka na milkessuu 2018 irraa kasee isin hordofa hedduu jaladha nural hundaa madina juneydi kuweti irraa
@Othiba
@Othiba 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@SaqRe-h4l
@SaqRe-h4l 4 месяца назад
Baga nagaya dhufatani
@ZeedArsitii
@ZeedArsitii 4 месяца назад
riyaad irraa🇸🇦isin hordofa gaafii keessaniif jaarsi duraa du'ee jetee waan heerumteef nikaa iraa qabu jaarsuma bodaa wajiin jireenya itti fufti
@goodforyou3262
@goodforyou3262 4 месяца назад
As wr wb Leellisaa kaliifaan jedhamaa H/L Galamsorraa. an ilaalcha kootti sheen isaan lameenuu tasgabbeessitee, sheen fedhinnaa ishiitin kan feete murteessitee kan dhiisuu dandeessi.murtoon ishee harka jira wan ta'eef, GALATOOMA❤❤❤!!
@AMIIRMOHAMMED-cc7ir
@AMIIRMOHAMMED-cc7ir 3 месяца назад
Dhiifama Naaf Godha As Wr Wb Hordoftoota Soora Qalbiiti fi Warri Qophii Kana Nuuf Dhiheessitan Hundi Keessan Akkanummatti Itti Fufa Barumsa Guddaa Isinirraa Argachaa Jirraa Galannii Keessaan Gannata Haa Tahu.
@ganiyunasir7398
@ganiyunasir7398 4 месяца назад
Ganiyyuu Naâsîr jjedhama maqaan ko Kan jiraadhu magaalaa Aggaaroot. Sagantaa keessan bara 2007 E. C irraa eegalee hordofaan ture. Rabbiin worra woliin milkaahu nu ha godhu jechaa gaafii keessan yaaluuf. An akka kiyyatti namtichi jalqabaa dogogora worra mootummaatiin jaartii isaa dhabuu hin qabuu jedha. Kanaaf intaloon Isa jalqabaatiif deebi'uu qabdi. Guyyaa isiin aalima gaafattu sanallee du'a isaa yoo mirkaneeffatte male hin heerumin jedhameera waan ta'eef garuu namtichi lammataa isheetti deddeebi"ee akka isiin xiqqoo turtee hin mirkaneeffannetti woswaasee intaloo dogoggorsiise waan ta'eef Isa jalqabaatiif deebi'uu qabdi. Woaahu aalam.
@Boonsaajiloo35
@Boonsaajiloo35 4 месяца назад
Masha Allah alhamdulillah duraan kan haftaan seene
@fadli_peace
@fadli_peace 4 месяца назад
AS WR WB Baga rabbiin guddaan nagayaan walitti nu dachaase Alhamdulillaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ani Maqaan kiyya Fadli sh mohammed kalif Bakkiin irraa isin hordofaa jiru Dire Dawa irraahi Kara gaafii Yoo deebinu An akka nama tokkootti jaarsa duraatiif deebi'uu qabdiin ja'a
@Sultan-li2xr7zi6u
@Sultan-li2xr7zi6u 4 месяца назад
As wr wb jirra jirtu kabajamtota fi jaallatamtoota Qopheesitota sagantaa soora Qalbi. Baga Nagayaan Deebitan jecha Sultan Hussein jedhama Saudi Arabia magala Makkah irra Gaafi keessanif Hintalli tuni Haala kaminu Jecha soba Mootumman gabaseen hintalli tuni heerumte Male jibba jaarsa dura Hin Qabdu kanaf jaarsi isi ka dura Eega lubbun jirate ka durati Deebi'u Qabdi. ka booda mufi fi komi tokko male gadi dhiisufi qaba. Dhala isa Ammo Guddifachu qaba. ❤❤❤
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 4 месяца назад
As wr wb Qopheessitoota qophii NH Soora Qalbii Muslimaa akkam jirtan? Huddu takkaan isin yaade hangaan RNH qilleensarraa buu,e je'e yaaddoo keeysa galu takkatti Al hamdilillah galata arra hedduun gammade
@RozaRoza-vf8xu
@RozaRoza-vf8xu 4 месяца назад
Bagaa ngh nuf dhuftan
Далее
RNH 858, June 3, 2024 Soora Qalbii
31:21
Просмотров 46 тыс.
Ответы Мэил Ру
01:00
Просмотров 733 тыс.
Witch changes monster hair color 👻🤣 #shorts
00:51
RNH 883, September 23, 2024 Soora Qalbii
17:54
Просмотров 10 тыс.
RNH 869, August 5, 2024 Soora Qalbii
26:31
Просмотров 18 тыс.
Ответы Мэил Ру
01:00
Просмотров 733 тыс.