Тёмный

Seenaa: Hayyicha abbaa saayinsii hammayyaa: Farhiyaa Aadam 2023 

Farhiyaa Aadam
Подписаться 66 тыс.
Просмотров 89 тыс.
50% 1

Jecha ummata barate biratti akkaan beekamtu takkatu jira. sunis scientific method jedhamti. Scientific method jechuun, waan tilmaamaan jiru tokko qorannoon mirkaneessuu jechuudha. Hedduun keenya waan kana warra lixaattu jalqabe jennee yaanna. Jecha saayinsii jedhu yoo yaannu, waan warra lixaa laallatu akka tahe hubanna. Jechi kun eessaa dhufe? Eenyutu dura waan kana jalqabe. Deebisaa gaafii tanaa yoo isiniif hime ni ajaa’ibsiifattan. viidiyoo guutuu qalbii hordofaa!

Опубликовано:

 

24 апр 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 541   
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Viidiyoon kun gorsa guddaa of keessaa qaba! SHARE godhuu hin irraanfatinaa. liinkii viidiyoo kanaa copy godhaa social media irratti facaasaa! Galatoomaa!🙏
@TescoMo-zd4hf
@TescoMo-zd4hf Год назад
Tole inshaa Allah 🥰
@husudika3637
@husudika3637 Год назад
Tole farhiyaa Teena gltm
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 Год назад
Hayee inshala allaah🥰🥰❤️
@habibhaji7766
@habibhaji7766 Год назад
Tole
@asumameshow
@asumameshow Год назад
Dhugaa keeti
@mahammadyusuf9753
@mahammadyusuf9753 Год назад
Maashaa Allah Seenaa baay'ee namatti toluu! Jabaadhu waan baay'ee irraa barachaa jirra haaluma kanaan itti fufi ukti Rabbi
@FamiEbsa-vf5mv
@FamiEbsa-vf5mv 16 дней назад
Maashaa Allaah obbaleeytii Rabbii. Raahmaan hojii tee hunda sirraa haa jaalatu. Zamana hamaa kana keessatti Raahmaan si tolchee beekumsaan si faayee waan kheeyriitii si ajajuun hojii keeyrii eega rabbiitii harkakee jiru akka ummata biraan geessuuf siif laaffisuun kun jaalala Raahmaan biraa siif tahe. Maashaa Allaah fuuldurakee siif haa tolchu. Hamtuu duniyaafi aakhiraa jalaa rabbi si haa baasu. Toltuu duniyaafi aakhiraa siif haa kennu. Obbaleeytii rabbii rabbiif jecha si jaallana. Atilleen du'aayii nuuf godhi.
@oromofrist1518
@oromofrist1518 Год назад
Maashaa Allah habibati
@afandiibroosh6335
@afandiibroosh6335 Год назад
Hedduu galatoomi جزاك الله خير الجزاء احبك في الله
@mustefayohannis7896
@mustefayohannis7896 Год назад
أنت الحب الحقيقي ، الذي بحثت عنه أعواماً. ❤ك دون اكتفاء، أح ب ك، لنهاية العمر والعالم يا من ملك القلب والروح
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbi si haa jaalatu
@IbsaaBayaan-rk6ox
@IbsaaBayaan-rk6ox Год назад
Farhiyaa adaam as wr wb akkamii nagayaa fayyadhaa
@abdulwaahidawwal5516
@abdulwaahidawwal5516 Год назад
Maashaa allah nuuf jiraadhu ammas
@melkamnawmmelkamnawm2182
@melkamnawmmelkamnawm2182 Год назад
Mashallah mashallah mashallah ❤
@afandiabdi9093
@afandiabdi9093 Год назад
Masha Allah Heddu takka Sirraa waa barachaa jiraa Jabadhu Akkanumati itti fufii rabbin si cinaa Ha jiratuu
@alfiyadheebottudiinalislaa7587
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته Jazaa killahu keeyran farihaa teenna rabbiin sirra haa jaalatu hedduu nu dammaysaa jirtaa jabaadhu itti fufi👍🏻❤❤❤❤❤
@khalidkhedir2999
@khalidkhedir2999 Год назад
Maash Allah Galatomi jabadhu itti haa fufu.
@aishawariiustaasabiyyaamal6967
Maashaallah Rabbiin Beekumsaa Horabaan hin dhumnee siif haa Kenuu Fariyaa tenaa Gaarii Namaa 😗😗💗
@sofiyakemal5606
@sofiyakemal5606 Год назад
Wa'aleykum salaam warahmatullahi wabarakatuh ahlen fariyaa teenna baga nagahan iidas ittiin geette irrallee haftee nagahan gama chaanali keetti nuuf deebite Mashaaa Allah rabbiin sirraa haa jaallattu habiibati 👍👍🌹
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin! Galatoomi atiis
@adaambuullo4992
@adaambuullo4992 Год назад
ماشاءالله تبارك الله❤❤❤
@gutufeysel577
@gutufeysel577 Год назад
Masha Allah Rabbiin Sirraa Haa jalaatu Halumaa Kanan itti Fufii Nutillen waan dandeenyun si biraa jirraa
@ajiibujemal8453
@ajiibujemal8453 Год назад
Masha Allah maasha Allah
@mohammedjafar4831
@mohammedjafar4831 Год назад
JZK UKHTI...BARAKALLAHU FIIK👍
@adinanmohammed653
@adinanmohammed653 Год назад
ماشاء الله بارك الله فيكِ
@giftidadafo5822
@giftidadafo5822 Год назад
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah tabarka Allah rabbii siifi haa dabalu waa hedu siraa bartaa jiraa jabadhu jabadutiyaa rabbii sii haa gargaru rabbii taa akka teti ummataa isilamaatif haa bayisuu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin yaa Allaah!
@HussenAhmad-ki8ve
@HussenAhmad-ki8ve 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊Maashaa Alaaaaah farhiya teenya Qaali umrii Nuuf dheeradhu
@aliimusaa-wo7ey
@aliimusaa-wo7ey Год назад
Mashaalhu Rabini bekumasa qabdurati bekumsa sifi ha dabalu hedu sii dinqisifadha
@riyadsmart2624
@riyadsmart2624 Год назад
MashaAllah TabarekaAllah
@sadimohammad-ou3pi
@sadimohammad-ou3pi Год назад
Mashaallha nuf jabdhuu ❤❤
@reaitdh7348
@reaitdh7348 Год назад
Jzk nuf jiradhu maasha Allah 😢Rabbiin Beekumsa dhuma hin qabnee siif ha dabaluu😢❤❤❤
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 Год назад
Masha Allah ❤️🥰 Rabbiin umrii sii haa dheeressu
@habibhaji7766
@habibhaji7766 Год назад
Namni beekumsa qabaachuu qofa osoo hin taane akka waan beeku san itti ibsu yoo woliin qabaate ergaan sun dafee qalbii nama seena wolumaagalatti Rabbiin siif haa dabalu jechuu barbaadeeti nuuf jajabaadhu ❤❤❤.
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Guddoo galatoomi!
@ayanabdallah4171
@ayanabdallah4171 Год назад
Maashallah fariha tenya rabbiin beekumsa beekumsarran dabalee sif haa ida'u jabaadhu
@baredduoromo6533
@baredduoromo6533 Год назад
Masha Allah wanni ati dhiheeysitu hundi barnota gaari irra Nama barsiisa garuu amma amma nuf gadhiiauuf yaali
@dastuutube3737
@dastuutube3737 Год назад
Mashaa Allah tabarakalah ❤❤❤
@habiibhaajii
@habiibhaajii Год назад
maashaa allaah akka gorsaatiif akka barumsattillee nama fayyada vidooleen kee shamarri hundi osoo akkana nuuf taate waa tole garuu...............❣💯
@MunirMehamed-yo1ck
@MunirMehamed-yo1ck Год назад
maashaa'allah!! galanni ka rabbiiti qixxee waan uumee eega rabbiiti baayyee galatoomi irratti siihaa ida'u.
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin!
@nabeelsalim7115
@nabeelsalim7115 Год назад
Mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla rabbiin keeyrii irratti sihaa jabeessu❤❤❤❤
@user-ne8sh4mw2g
@user-ne8sh4mw2g Год назад
Mashallah Tabarakalah ❤ Rabbin bekuma kana siif haa dabalu Amale
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin
@DoodaaLGurraachaa-md6bn
@DoodaaLGurraachaa-md6bn Год назад
Maashaallaah jabduu teenya jabaadhu akka gaarii namatti tolaa hojii nuti irra Rafne nu yaadachiisaa jirtaa
@amanhusen1585
@amanhusen1585 11 месяцев назад
Mashaalh fariyyaa adaam Ani rabbii jecha baay'ee sii jalaadha kanaafu Akkanumaati fuffii rabbii umrii dheertuu rabbii sii haa keenuu
@fatuhassanhassanfatu5856
@fatuhassanhassanfatu5856 Год назад
Masha Allah fakkaatu akka keti rabbii ha bayy'issuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ibrahimadem5357
@ibrahimadem5357 Год назад
Maashaa Allah yaadni kiyyaaf Kee wal fakkaata , Jijjiirama guddaa fiduuf Ilaacha Hawaasni keenya qaban jijjiiruun dirqama taha .
@HasanAhmad-sl1kg
@HasanAhmad-sl1kg Год назад
Masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah farhiyaa adan galatoomi ❤❤❤❤❤❤❤rabbin sirra ha jaalatu Wan garidha oddesu jirta anile sin hodofa jira ❤❤rabbi jechaan si jaaladhaa ❤❤urmii dheradhu nuf Wagga Kuma jiradhu❤❤❤❤❤
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu!
@user-xs6px4gx7h
@user-xs6px4gx7h Год назад
Umrii sihin dheresuuu Masha mashal Allahduliil
@HasanAhmad-sl1kg
@HasanAhmad-sl1kg Год назад
@@user-xs6px4gx7h walumanu nuha dheresu
@suufiimahammad373
@suufiimahammad373 Год назад
Maashaa allah ❤❤❤❤❤❤
@zebibaawolorsharif
@zebibaawolorsharif Год назад
❤❤❤❤❤ Mashahalla Rabiin Bekumsaa Siif Haa dabaluu
@mahbubajamal9817
@mahbubajamal9817 Год назад
Mashallhaa mashaallahaa rabbii siraa haajaalltuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-tj5mh6ph9m
@user-tj5mh6ph9m 3 месяца назад
Masha Allah rabbii umrii dheertuu fi beekumsa guddoo rabbii siif haa kennuu.
@hfshahmd9154
@hfshahmd9154 Год назад
Mashaa Allah
@mahammadsalah1442
@mahammadsalah1442 Год назад
Maashaa allah
@aammeshow5233
@aammeshow5233 Год назад
Masha allh fariya jabadhu jabdu tenya
@faxumahasan1401
@faxumahasan1401 Год назад
Wl wr wb Maasha Allah Tabaraka Allah 🥰
@duuutti4414
@duuutti4414 Год назад
Mashallaah mashallaah Rabini isni raa haa jaltuu
@jemalmuhammed4645
@jemalmuhammed4645 Год назад
Mashaa Allaah jzkllh galaatoom gorsaa dhugaa jetee inshaallaah
@amirgill7170
@amirgill7170 Год назад
Mashalla.mashalla❤❤❤
@dhebottudiinrabbbiiloveyou4365
وعليكم اسلام ورحمة الله ماشا الله ماشا الله. اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ Ana dhufuuu Fariha Tenya jzk wan ofiii💪🙏
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
matii naf tahii wal haa jajjabeysinuu wal birraa haa dhabanuu
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
M.Allah❤
@dawudtube2497
@dawudtube2497 Год назад
Mashaallaah❤❤❤❤
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
Dawud tube matii naf tahii wal haa jajjabeysinuu wal birraa haa dhabanuu
@mohhoh8907
@mohhoh8907 Год назад
Mashaallaah Mashaallaah
@HajoAman-vp7hc
@HajoAman-vp7hc Месяц назад
ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله ماشاء الله تبارك الله ❤
@user-xf8mw6ny2m
@user-xf8mw6ny2m Год назад
Masha allh rabbi umri ke ha dheressu si ha milkessu❤❤
@kadirhusein1780
@kadirhusein1780 Год назад
It's great job continue sister ❤🎉
@Mohammed-ym6gp
@Mohammed-ym6gp Год назад
Masha allah ❤❤❤galatomii ❤❤ Excellent keep it up sis❤❤❤❤
@halimajaldo216
@halimajaldo216 Год назад
❤maashaa Allah fariyyeee
@abdiabo2550
@abdiabo2550 Год назад
Mashaa allah
@tahirMohamed-wc9fd
@tahirMohamed-wc9fd 11 месяцев назад
Maashaa Allah Umrii nuuf dheeradhu Rabbiif jecha sijaallanna. Rabbii guddaan sihaa jaallatu.
@alawiyamuzamil5648
@alawiyamuzamil5648 Год назад
Masha Allah rabbiin isinirraa haa jallatuu jabaadha rabbiin isini haa gargaru inshaa Allah Jazaakaallahu keyraan
@ibsajamal2098
@ibsajamal2098 Год назад
Masha Allah farhiyaa rabbi sira haa jalatu baati ramadaan nurahaa qeebalu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin
@mesraarsiimesra9767
@mesraarsiimesra9767 Год назад
Masha allha masha allha jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@aliyi2023
@aliyi2023 Год назад
❤ maashaa Allaah Rabbiin sirraa HAA jaalatu OBBOLEETTII❤
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@GABISASHAAM-xm6yh
@GABISASHAAM-xm6yh Год назад
Maasha Allah
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@user-jd6rj6lk3j
@user-jd6rj6lk3j Год назад
Mashaa Allah ❤
@asumameshow
@asumameshow Год назад
Jabaadhuu itti fufi si waliin jirra
@NurituNur-zb9bn
@NurituNur-zb9bn Год назад
Maashalla mashalla❤
@salahmame
@salahmame Год назад
Masha Allah
@FadiluRamuse-yg9zk
@FadiluRamuse-yg9zk Год назад
as wr wb Jzk! Nujalaa hinbadinaa fii,amaanillaah!
@user-pm6wn3ts2v
@user-pm6wn3ts2v 3 месяца назад
Rabbiin dubartii akka keetii dhachaan nuuf hadabaluu Atis rabbiin qananii biyya lamaanii siif haakennuu jkl
@temi7632
@temi7632 Год назад
Maasha Allah jabadhu ittii fufii 💞
@HAMILEE
@HAMILEE Год назад
Jabaadhuu itti fufi waan gaariidhaa!
@HalimaaAbdii-up6xk
@HalimaaAbdii-up6xk 8 месяцев назад
Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha
@user-lu2xv3lh7g
@user-lu2xv3lh7g 10 месяцев назад
maashaa allah rabbin ifaajeen karaa keyrii irratti isiin gotaan hammanaa hin jedhamuu ifaajee teessan kan kafaluu rabbumma
@gjfjfghdjdf-kn1ws
@gjfjfghdjdf-kn1ws Год назад
ماشاء الله تبارك الله ❤❤❤
@iliyashusen6271
@iliyashusen6271 Год назад
Masha ALLAH
@medinahaji9709
@medinahaji9709 Год назад
Farihaa akka itti sijaaladhu wallaahi jecha ittiin si ibsu hin qabu Rabbiin umrii sihaa dheeressu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu! Galatoomi
@kaddeshow7338
@kaddeshow7338 Год назад
Ws wr wb ❤Baga ngh nu dhufte qalii tennaa
@FahmiiAhmadOfficial
@FahmiiAhmadOfficial Год назад
Mashaa Allah Mashaa Allah ♥️ ♥️ 🙏🏼 💖 ❤
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
Fahami🎉matii naf tahii wal haa jajjabeysinuu wal birraa haa dhabanuu
@Khurfooahmed8457
@Khurfooahmed8457 Год назад
Mashaallaah farhiyaa rabiin bekumsaa kee sifii haa dabaaduu Waan heduu siraa baradheee Rabii jechaan sii jaladhaa❤
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu
@aminatube6071
@aminatube6071 Год назад
Mashallah ❤ yaa fariha rabbuma jedhan akka sii jaaladhu ❤❤❤ jabadhu rabbin adunyaaf akirallee sii haa milkessu
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
Amina🎉matii naf tahii wal haa jajjabeysinuu wal birraa haa dhabanuu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu! Galatoomi
@OrMan-mn7dm
@OrMan-mn7dm Год назад
Masha allah
@Ihsartaju
@Ihsartaju Год назад
Masha Allah beekumsa siih ha dabalu🙏
@almansadalmansad698
@almansadalmansad698 Год назад
Rabbiin umrii kee haa dheresuu Gamadii jiradhuu akkiratis Rabbiin janatall furdos sii haa wofaquu❤❤
@RiyyanaUsman-kn5rp
@RiyyanaUsman-kn5rp Год назад
Masha Allah Rabbin sira haa jalatu
@SalahudinKo
@SalahudinKo Год назад
masha,allah baayye baayye bareeda siin boonna itti jabadhu garuu addaan hin tursiisin yo guddate guyya 4 hanga 6 jiddutti gad nuuf lakkisi haalli ati itti qophessituun kun bareeda akkasuma baasii guddaa sigaafatu dandaha akka humna gudda sigaafatu ni bekne atis dubbatte jirta rabbiin siif haa laaffisu nutis sicina jirra mee maal fahaan akka sibira dhaabbannu barbaadda? kallatti sitti toleen rakmina kee sirra qoodamudhaaf qophiidha
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoomi! isinis SHARE godhuun na gargaaraa
@user-bu8li2lk7s
@user-bu8li2lk7s Год назад
Nuuf jiradhu fariya rabbin siha gargaru akka dafte video akanatan nuf gadlakstu❤❤
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 Год назад
Wlwrwb ahleen farhiyaa keenyaa baga nagan dhufte ukti teenyaa bagas waaggaa geessee Mashala alllaah tabark allaah bekumsaran bekumsaa rabbiin sif ha daballuu jzk❤️❤️❤️💗💗💯💯💋
@abdulkariimibraahim1536
@abdulkariimibraahim1536 Год назад
Nuuf jiraadhu obboo teenya Hubannoo akkanaa ummata islaama tif kennuu keetif
@user-ez2lz8go9b
@user-ez2lz8go9b Год назад
jasaa kalahu keeyran❤
@oromoo7603
@oromoo7603 Год назад
Maashaa Allah 🥰💓💚💓
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
matii naf tahii wal haa jajjabeysinuu wal birraa haa dhabanuu
@hamidjemal6986
@hamidjemal6986 Год назад
Maasha'allah tariika ajaa'ibaati
@ZakirElias-vv4rk
@ZakirElias-vv4rk Год назад
Maashaa allaah jabadhu haala kanaaan itti fufi
@oromooromo6170
@oromooromo6170 Год назад
Maasha allah yaanee kee hedduu namatii tollaa jabadhuu❤❤
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoomi! Sheer godhuu hin irraanfatin
@MaadiiOroo
@MaadiiOroo Год назад
Obboleeyti tiyya jzk keyran rabbiin dandayaadha yaadaaf muraada khee sihaa guutu Du'aa'ii tana kheysa nadhufteetin siif godhee aaammiin jadhii
@user-ev2wm3mo4p
@user-ev2wm3mo4p 3 месяца назад
Mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa mashallaa
@abrahimahmed5023
@abrahimahmed5023 Год назад
Mashaa Allah ittifufi jabaadhu
@intalaaarsiishkiraa9784
@intalaaarsiishkiraa9784 Год назад
Mashaa Allah Mashaa Allah TabarakAllah Uktii Farhiyaa Tiyyaa ❤️❤️❤️Gaalatoomi ❤❤
@nabiileshow
@nabiileshow Год назад
Sanyii koo🎉matii naf tahii wal haa jajjabeysinuu wal birraa haa dhabanuu
@JamaalHhusen-so5oo
@JamaalHhusen-so5oo Год назад
Mashallah obboleti too Jzk
@GadaaFamily
@GadaaFamily Год назад
Masha allaah
Далее
በእድሜ ትንሹ ባለሀብት - ክፍል 1
24:11
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Просмотров 266 тыс.
Farhiyaafi Usmaan: Qorqodummaa Daangaa Dabre
4:48
Просмотров 56 тыс.
Maaliif Salaanna? | Farhiyaa Aadam 2024
12:10
Просмотров 176 тыс.
keessummaa Yeroo Jaalalaa- Ijjigaayyoo Fiqaaduu
26:35
GANTUU #Diraamaa Jaalalaa Afaan Oromoo 2021
12:58
Просмотров 91 тыс.
Farhiya Adam: Mi'aa Jiruu Addunyaa
2:09
Просмотров 112 тыс.
RNH 858, June 3, 2024 Soora Qalbii
31:21
Просмотров 28 тыс.