Тёмный

Simannaa Addaa Raajii Masarat Taayyee'f Magaalaa Adaamaatti Ta'e |  

ARARA TV WORLD WIDE
Подписаться 202 тыс.
Просмотров 101 тыс.
50% 1

===== Sirna simannaa Magaalaa Adaamaatti, Nama Waaqayyoo raajii Masarat Taayyeetiif Taasifame/በአዳማ ከተማ ለእግዚአብሔር ሰው ነቢይ መሰረት ታዬ የተደረገ ደማቅ አቀባበል/ The warmly welcome done for H.E. Prophet Meseret Taye in Adama city =====
✍️Namni Waaqayyoo Raajii Masarat saganta kiruuseedii guddaa magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti qophaa'e irratti tajaajiluuf magaalattii seenaniiru. Yeroo seensa isaanii kanattis, hawaasni bal'aan yaa'ee seensa magaalattiitii hanga dirree tajaajilaa sanatti sirna galateeffannaa fi waaqeffannaa ho'aadhaan isaaniif tajaajiltoota isaan faana jiran simataniiru.
✍️ Raajii Masaratis, saagalee raajummaa Iya. 1:13, ""Dubbii Museen garbichi Waaqayyoo isin abboome yaadadhaa! Waaqayyo gooftaan keessan boqonnaa isiniif in kenna, lafa kanas isiniif in kenna.” jedhu dubbisuudhaan, kadhannaa taasisanii, dachee magaalattiis eebbisuun saganticha saaqaniiru.
===== የአማርኛ ትርጉም =====
✍️የእግዚአብሔር ሰው ነቢዩ መሰረት ታዬና የአግሎተ ልዑካን፣ በአዳማ ከተማ አባ ቢቂላ ስታዲየም በሚካሄደው ታላቅ ክሩሴድ ላይ ለማገልገል ወደ ከተማዋ ገብቷል። በመግቢያቸውም ወቅት ከከተማዋ መግቢያ እስከ ሜዳው በታላቅ የደስታ እና የአምልኮ ስነ ዝማሬ እያጀባቸዉ ደማቅ አቀባበል አድርጉላቿል።
✍️ነቢይ መሰረትም ኢያሱ 1:13 “የእግዚአብሔር ባሪያ ሙሴ እንዲህ ሲል የሰጣችሁን ትእዛዝ አስቡ፤ ‘እግዚአብሔር አምላካችሁ ያሳርፋችኋል፤ ይህችንም ምድር ይሰጣችኋል፤” የሚለውን ትንቢታዊ ቃል በማንበብ ምድሪቲን በማበረክ ፕሮግራሙን ከፍቷል።
===== English Translation =====
✍️ A man of God Prophet Meseret Taye and has safely arrived at Adama city with his fellow ministers. Up on their entry to the city, to minster on the great crusade that will be held in Adama city at Aba Bikila Stadium . During this time of their arrival, the great multitude of people have warmly welcomed them from the entrance of the city to the service alter.
✍️ Likewise, the prophet read the prophetic verse from Joshua 1:13 that says, "Remember the word that Moses the servant of the LORD commanded you: 'The LORD your God has given you a place for rest and will give this land.' and opened the program by blessing their land.

Опубликовано:

 

11 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 234   
@user-to8js9cu4f
@user-to8js9cu4f 6 месяцев назад
Uufeeee eleleleeeee elililiiliii waqayyoo inni nama kana nu kenne galata haa jajamuu aleluyaa ulfadhuu iyesus ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Rajii masarat Tayyee ❤❤❤❤ umurii nu dheraadhaa
@getacheww.birhan8768
@getacheww.birhan8768 6 месяцев назад
ጌታ ይባረክ።እንደጠበቅነው ጌታ ድንቅ ጊዜ ሰጥቶን አልፋል።ለኔ በህወቴ እንዲህ አይነት crusade ገጥሞኝ አያውቅም በተለይ አዳማ ከተማ ላይ።the attendant people were more than millions ,praise God.
@sereenhijazeen7028
@sereenhijazeen7028 5 месяцев назад
FedEx die van
@fikadu8539
@fikadu8539 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nama. Waaqayyoo. Ulfina nuuf has galateefama. Raajii Maserati tayyee. Adamaa is coming Jesus 🎉
@user-sifuu4455
@user-sifuu4455 2 месяца назад
❤❤❤❤❤waaqayyo isin haa ebbisu❤❤❤❤❤❤❤
@teshaleduguma5474
@teshaleduguma5474 4 месяца назад
Ulfinni waaqayyo akkasuma iddoo hundatu haa mul'atu❤❤
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 6 месяцев назад
Uuuuuuffee waaqayoo sifihaa ebisuu ebifaamaa Baaga Waaqayoo isinii gargaaree gaalalanii wqy haata, uu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@SoriTadela
@SoriTadela 18 дней назад
akkuma biiftuu ganamaa ebbi nama qajeelaa oldeema darbee deemaa, I liked this message
@ShibreSis-ir2uy
@ShibreSis-ir2uy 6 месяцев назад
ጌታ ይባረከአዳማ የጉብኝት ዘመን ነው🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤👍
@meskeremmeskerem9048
@meskeremmeskerem9048 6 месяцев назад
Wowowowowo kabajamooo keenyaa Nama Waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤ Nuuf jiraadhaa Umurii dheeradhaaa❤❤❤❤❤❤❤ Raajii Masarat Taayyeee❤❤❤❤❤❤❤❤
@TersitTesfaye2009
@TersitTesfaye2009 6 месяцев назад
አዳማ የጉብኝት ዘመንሽ ነው ይህ ዘመን የአዳማ ቅዱሳን እንኳን ደስ ያላችሁ
@hann2936
@hann2936 6 месяцев назад
Ameeeeeeeeen❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Eebbiifamaa Eebbiifamaa namaa waaqayyoo illililililililililililililililililililil haaalleeeellluuuuuuyyaaaa
@MultiBerhanu
@MultiBerhanu 5 месяцев назад
Akkuma kanatti kirstoos dhufee isin haa fudhatu,simanna nama waaqayyoof gootan immoo gatii isaa waaqayyo isiniif haa kennu.
@emabit3582
@emabit3582 6 месяцев назад
Uuuuuuuuuuffee galanii waqayyoof haa ta'uu haleluyaa waqayyoo waqani jirataa isinaa haa ebbisuu baraa jirenyaa kessaanii gutuu wangelaa labsaa ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏
@alamithuk59
@alamithuk59 6 месяцев назад
Uuuiiffeeee Ammmmmeeeeeee waqyo bara kee haa ebisu nama waqayo umuurii 1000 nufi jiradhu nama gofta sii jalana❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@abaaba1950
@abaaba1950 6 месяцев назад
Aleluya ❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰👏👏👏Ielelelelelelel Ielelelelelelel Ielelelelelelel dacha Eebbifamaa Namaa Waqaayyoo ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@terefegedefa5179
@terefegedefa5179 6 месяцев назад
OMG.....really, really, really Miracle of God have been did while. Waaqayyo dinqiisaa ajaa'iba hojjetee ture.Inni homaa nurraa hin barbaanne laphee keenya qofaan akka isa hordofnu qofa nurraa barbaadu ulfina daangaa hin qabne nurraa haa fudhatu!! Dhugaadha dheebuun wangeelaa baha Itoophiyaarraa Waaqayyoon sirriitti mul'ate !! Uffèeey......ILILILI
@getetube6200
@getetube6200 6 месяцев назад
Ulfaadhuu Waa.ee Saba kanafi yesus ulfaadhuu Abbaa koo 🙏🙏
@kmlakumale2967
@kmlakumale2967 6 месяцев назад
Uuuuuuuffffeeee yesusikoo Ulifadhuu gofitaa faayisa biyaa lafa mootii mototaa gofitaa gofitota halelluyyaa AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN AMEEEN
@fraolgamachu
@fraolgamachu 5 месяцев назад
Galaani Guddan Siif hata'uu Iyessus Hojeeta akkanati gadii off deebise sabassa barssisu waan nuf lateef❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifiiAbdiinjiraaamayuu
@sifiiAbdiinjiraaamayuu 6 месяцев назад
Wwwwooooo umurii dheeraa naaf jiradhaa namaa Waaqayyoo Waaqayyoo waqaraa barafi jirenyaa kessanii haa ebbsuu 🎉❤
@galanigalani8849
@galanigalani8849 2 месяца назад
Uuuuuuufffffffeeeeeee kaa ulufadhuu gooftaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@nashiikababa7457
@nashiikababa7457 6 месяцев назад
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa dachaa dachaa dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-lb8zv1ed2j
@user-lb8zv1ed2j 6 месяцев назад
Ammeen ammeen nuf jiradhaa nama waqayoo
@Bayse-uc6ze
@Bayse-uc6ze 6 месяцев назад
Ameen Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Habtamu_Shumi_Official
@Habtamu_Shumi_Official 6 месяцев назад
Wow Yeroo Gaarii Ture maqaan Waaqayyoo Bara Baraan Ha Ulfatuu
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 6 месяцев назад
Amen Amen hallelujah halleluja hallelujah elelelelelel hallelujah hallelujah elelelelelel yesus Namni gadi gadi haa jedhu ati mul'adhu!
@shittoodandanaa3953
@shittoodandanaa3953 6 месяцев назад
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen hallelujah iyesus Goftaadha galani guddaan Goftaa iyesus kiristosif haa tahuu bara baraan ilililililililili ilililililililili ilililililililili Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ebbifaama Ebbifaama 🙏 ♥️ 🙏🙋‍♀️👏💯😍♥️♥️
@GirmaBayisa-x3t
@GirmaBayisa-x3t Месяц назад
Ameeen ameen ameen
@imabeti
@imabeti 6 месяцев назад
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-xo2fj1nd1q
@user-xo2fj1nd1q 6 месяцев назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuu if iyesus koo bara barani galani Kani keeti
@fikadu8539
@fikadu8539 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wow. Is. Jesus camong. Adamaa good. Istankyou
@BELDA143H
@BELDA143H 6 месяцев назад
Naggan waaqayoo issiniif haa bayyatuu nama waaqayoo gooftan haffuuraa issatiin issin wajjin taee hidhaa namoota hikkaa jirraa Waldaa kessan dhufudhaaf hallii tokko tokko fageenya irraa kan ka’es waldaa kessan dhuffudhaf yallatiin jirraa. Gooftan fayyisuudhaf fageenyi issaa hin dangesuu kannaf karraa issin arganuun nuuf himma karra bilbilanis yoo taee issin argachuu barbadaa akka nuuf kadhatamuu barbanet Nuuf ebbiffama ❤
@user-ks1li9rh8n
@user-ks1li9rh8n 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌 eleleleleleleleeeee
@ebaebicho1847
@ebaebicho1847 5 месяцев назад
Whattt Amazinggg🙏🏿❤️🙄🙄🙄🙄
@user-zw7tb8oq6p
@user-zw7tb8oq6p 6 месяцев назад
Ameen ameen ameen ulfaadhu yesuus waa, ee nama keef ebbifaa ebbifamaa ebbifamaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-fp8mu5hx3n
@user-fp8mu5hx3n 6 месяцев назад
Hamma yoomitti gaarddiidhaan deemuun erga gooftaaf hojjettani homaa isin hin barbaachisu
@tigistkiya5654
@tigistkiya5654 6 месяцев назад
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Bagaa waqaayyoo gooftaan sigaragare Ebbifammaa Ebbifammaa Ebbifammaa saba waqaayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kulanimengesha9936
@kulanimengesha9936 6 месяцев назад
Waaqayyoo siin dukkaa haa ta.uu ayyaanasaan marsee siinaa eguu Waaqayyoo hojii guddaa siin hojetaa ❤❤❤
@YeesYees-z1g
@YeesYees-z1g 12 дней назад
Ammmeee Ammmeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤uuuuuuuuuuuuu yesus gaalani guddaan sif haatu
@kiyyaaguutaattaa
@kiyyaaguutaattaa 3 месяца назад
❤❤❤ Ammmmmen Ebifamaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 5 месяцев назад
Ameen Ameen aleluyaa
@user-mc3xs4cd5l
@user-mc3xs4cd5l 6 месяцев назад
Àmmeen àmmeen àmmeen àmmeen àmmeen àmmeen àmmeen wwwwww bayyee namati tolaa goftaan ha ulfatuu ebbifamaa namaa waqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️❤️💝💝💟💯
@user-gk3nc7ww5n
@user-gk3nc7ww5n 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ammmi ammmii ammmi ammmii
@josephjillo6926
@josephjillo6926 5 месяцев назад
Amen🎉🎉🎉🎉🎉🎉may God you all
@user-rx8kp9lh2p
@user-rx8kp9lh2p 6 месяцев назад
amen nii lasinaa
@Nadhi206
@Nadhi206 6 месяцев назад
Waqayyoof galanii ha ta'u!
@liyyubadhaso2956
@liyyubadhaso2956 6 месяцев назад
Ammmmmmmeeennniii ammmmmnnni ammmmmmmeeennniii abba koo 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️ nama waqayo ebbifamaa waqayo issini haa ebbisuu ebifami dacha dacha ebbifamaa halleluyaa iyyasusi 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 6 месяцев назад
Waqayyon Kan kabaje yoomu kabajamaadha!!!! Ebbifami Raaji Masarat.Ebbifamaa martinuu
@beyechabedada7500
@beyechabedada7500 6 месяцев назад
Ebbifamaa dachaa dachaan!❤❤❤❤❤❤
@user-vl5bk2om7s
@user-vl5bk2om7s 6 месяцев назад
Ameeeeeeeen ebiifamaa 🙏🙏 Baga waqaayyo isiin gargaare📖📖
@user-cs9yo9mn9x
@user-cs9yo9mn9x 5 месяцев назад
Ammeeeeen❤❤❤❤❤❤❤
@masaratmasarat2323
@masaratmasarat2323 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉 uuuuffff yesus koo ulafadhu nama waqayyyoo ebifamaa ebifamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ iiiiiiiiii iiiileliii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-uu1kx5db2o
@user-uu1kx5db2o 6 месяцев назад
Uuuuuuuuffffffff yene abatii eyesus sewojiin hayuuuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@UrjiiDaraje
@UrjiiDaraje 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@SaaraaDirribaa
@SaaraaDirribaa 6 месяцев назад
Ameeen Ameeen ❤
@user-nv9rr1zu3x
@user-nv9rr1zu3x 6 месяцев назад
Ammeenn. Ammeenn ❤❤❤❤
@user-iu3ue9zb2q
@user-iu3ue9zb2q 6 месяцев назад
Ammee Ammee Ammee Ammee
@etheth5326
@etheth5326 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Amen Amen Amen Amen Amen ebbifamii Amen Amen Amen ebbifamii eebbifamii
@saraaaaaa5010
@saraaaaaa5010 6 месяцев назад
❤ ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@jiituuababbaa6980
@jiituuababbaa6980 6 месяцев назад
ameen ameen Ebifamii
@kiyyaaguutaattaa
@kiyyaaguutaattaa 3 месяца назад
🎉🎉🎉🎉
@user-vk9qv9pm1h
@user-vk9qv9pm1h 3 месяца назад
Eebbifamaa!
@LoveJesus-gp6yk
@LoveJesus-gp6yk 6 месяцев назад
❤❤❤oton achi jiraadheyyu😢😍😍
@JcjvjfHchc
@JcjvjfHchc 6 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen Ameen AmmmmmmmmmmeeeeeAmmmmeeeeeeeeeen Ebifaama ❤❤❤
@AdisuMiresaebaAdisuMiresaeba
@AdisuMiresaebaAdisuMiresaeba 5 месяцев назад
Uuuffee Ameeen Ebifaama ulfaadha bara baraan nuuf jiraadha
@user-ck3wy8cw1z
@user-ck3wy8cw1z 5 месяцев назад
Ìiiiii galani abbaa kenya yaa ta'u ammasi abidi isaa nufi yaa bayyatu sihi jallana iyasusi kenya
@wellawella7764
@wellawella7764 6 месяцев назад
Ameeen ebbifama
@AbabuTassami
@AbabuTassami 6 месяцев назад
🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🙏🙏🙏🙏
@user-gx2hg1zd2h
@user-gx2hg1zd2h 6 месяцев назад
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen nuuf jiraadha nama waaqayyoo
@JeetSalamy
@JeetSalamy 6 месяцев назад
Wow ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@EliyaasRoobee
@EliyaasRoobee 4 месяца назад
Amazing
@sabosable3737
@sabosable3737 6 месяцев назад
Yesus siif haa galatuu❤❤❤❤
@elfenesheticha5230
@elfenesheticha5230 6 месяцев назад
ክቢር ሁሉ ለእየሱስ ይሁን አሜን አሜን አሜን❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 6 месяцев назад
Iiiiiiiiiiii iiiiiiiiiiii iiiiiiiiiiii iiiiiiiiiiii iiiiiiiiiiii iiiiiiiiiiii Aleluya Ebifamaa ❤️❤️❤️
@misganusolomon8907
@misganusolomon8907 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤ ulfinnichii kan waaqayyoo ha ta'uu
@user-um3fy8tl4x
@user-um3fy8tl4x 6 месяцев назад
Ameen ameen galanii waqaayyof haa tau ❤❤❤❤❤❤
@zelalemtemesgen1018
@zelalemtemesgen1018 6 месяцев назад
Baroota kessatti waaqayyoo nama qaba nama ulfiini isa bifa ajaa'ibsiisan akkanatti irra mul'aatee ormoota biraatti mo'uu fi olantummaan Yesuus yeroon akkanatti arguu gaddaan gamaadee waaqayyoo haa ulfaattu Rajii keenya Rajii Masaarat Tayyees amayyuu kana olii ardii hundarratti Ulfiinii Yesuus irraa haa mul'aattu.AMEEN.
@NourNour-vm3ox
@NourNour-vm3ox 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Hawwine
@Hawwine 6 месяцев назад
Lilililililililililili waqqayyo wa.e sabba kanaf galanni sif haa tahu 🙏🙏yaa waqqayyo ati nama kee rajji masii umuri dherra nuf kennif abba koo baraf jirenyaa isan ebisif ❤❤❤ yaa waqqayyo ati kani akka rajji masii dachan dabali nuf kasi malo umma koo
@connectcell1419
@connectcell1419 6 месяцев назад
Uuuuuuuuffee akkatti akkan gammadee hin beekuu galanni waqqayyoof haat,uu ameeeeeeeen
@user-wk2tr5gr1r
@user-wk2tr5gr1r 6 месяцев назад
Uuuuffffee yesus 😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘
@zeritutubeolana1064
@zeritutubeolana1064 6 месяцев назад
Ulfaadhu goofta yesuus ❤❤❤❤❤❤ Rajiko eebbiffama 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@user-xj3ve2le4i
@user-xj3ve2le4i 6 месяцев назад
ameeeeeee ameeeeeee❤❤❤❤
@user-mv6ol5yl9m
@user-mv6ol5yl9m 5 месяцев назад
Ulfinichi Waaqayyoof Haa Ta'uu 🙏🙏🙏🙏🎉🎉🎉❤❤❤❤
@user-uo2bv8jf9r
@user-uo2bv8jf9r 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤AMEEEEEEEN EBBIIFAMAA NAMAA WAAQAYOO IILILILILILILILI❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ganetganet8501
@ganetganet8501 6 месяцев назад
Eebbifamaa waaqayyo siin Haa eebbisuu
@abanugusaabanugusa1475
@abanugusaabanugusa1475 6 месяцев назад
አሜን አሜን ❤❤❤❤
@EeA-fs7ix
@EeA-fs7ix 6 месяцев назад
Wawwoo wawwoo wawwoo wawwoo
@zarfazarfazarfa2389
@zarfazarfazarfa2389 6 месяцев назад
Amen Amen Amen
@user-uj8nc9vh6o
@user-uj8nc9vh6o 5 месяцев назад
Si haa galatu yesuus koo
@sphonetastic8552
@sphonetastic8552 6 месяцев назад
Ameen ❤❤❤❤❤❤
@faituuwaariqu4105
@faituuwaariqu4105 6 месяцев назад
Wwwwwooooo Ameeeeen Ameeeeen ebbifaamaa ebbifaamaa ❤❤❤❤❤
@user-fd7dl9zb3d
@user-fd7dl9zb3d 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤ Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebbifama 🙌
@TisgiHunde
@TisgiHunde 6 месяцев назад
ዋው ራጂኮ በገ ነጋን ኡፍቴ አዳማ።
@sabbotuuoromiya6012
@sabbotuuoromiya6012 6 месяцев назад
Wow nufii jiradhaa namaa waqayyoo❤❤❤
@mayelbehery8462
@mayelbehery8462 6 месяцев назад
Mmeenee ammeen
@gadisesoriguta
@gadisesoriguta 6 месяцев назад
Ameen Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤Ameen ❤
@burtukanbalcha
@burtukanbalcha 6 месяцев назад
🤲🤲🙏🏻🙏🏻Amen❤❤Amen
@TisgiHunde
@TisgiHunde 6 месяцев назад
አሜን አሜን
@user-bb3wo9yq3d
@user-bb3wo9yq3d 6 месяцев назад
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏Akami, nama, awataa, waqayo, sin, yaaebisuu
@ShukareChala-bt2yf
@ShukareChala-bt2yf 3 месяца назад
Ulfinni waaqayyoof haata'u barabaraan
@Fanose-ds5sj
@Fanose-ds5sj 6 месяцев назад
Amen amen amen ❤❤❤❤ 🎉🎉thanks GOD
Далее
DAWIT ALEMU : ULEE
7:56
Просмотров 83 тыс.
УДОЧКА ЗА 1$ VS 10$ VS 100$!
22:41
Просмотров 280 тыс.
GORSA JABAATU FAARFATTOOTAAF KENNAME
37:15
Просмотров 129 тыс.
Kiristaanummaa | Lub. Tamasgeen Gimee
52:53
Просмотров 7 тыс.
УДОЧКА ЗА 1$ VS 10$ VS 100$!
22:41
Просмотров 280 тыс.