²⁴ Nuyi warra amannuufis immoo akka lakkaa'amu caafameera, nuyis Waaqayyo isa gooftaa keenya Yesusin warra du'an keessaa kaasetti in amanna. ²⁵ Yesus irra-daddarbaa keenyaaf du'atti dabarfamee kenname; qajeelummaa akka argannuufis du'aa kaafame.
12 сен 2022