Тёмный

Sirbi Warra Boolee warra Ollaa wacisiisaa jira by Sona Takele 

Qubee Tube
Подписаться 13 тыс.
Просмотров 37 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

24 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 165   
@Baabul-kheeyri
@Baabul-kheeyri 8 дней назад
Warra Boolee❤ Yaa warra Boolee😅😅 ለቅሶ ይቀጥል----
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 8 дней назад
Sonaa koo rabbii sii yaa eguu waarraa naf xanyaa kuni ñyaachuuf jirti madaan hacee osoo nuurraa hin qorree
@geleta733
@geleta733 5 дней назад
Hudduu isaaniiti gaa, haa boyanii.. haadharawooleen..
@AbdulkadirMohammed-gc4ss
@AbdulkadirMohammed-gc4ss 6 дней назад
❤❤❤ you are the srongest man from oromoyia community
@TesfayeZergawu
@TesfayeZergawu 9 дней назад
Bravo Sona Takale you are the winner 5:22
@talarace5084
@talarace5084 7 дней назад
ilmaa oromtichaa
@RabiaAbdo-n1i
@RabiaAbdo-n1i 8 дней назад
Nuf jiraadha warri keenya oromooni❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉ijaa irra haafa qaalii sabaa koo
@BeshuleBonso
@BeshuleBonso 8 дней назад
Yaa Oromoo keenyaa wolii gala jiraadha ijaa haamtuu isiin hin argaan 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲🫶
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 8 дней назад
Keeenyaa olummaa darani kanaa calee argamuu qabnaa Oromoo sirbaa sonaa irraa deebi'a ilalaa akkaa gubatuu Amalee warri imiyee Minilikii no more qumcee aratii kiloo
@YasribAbabiyaa
@YasribAbabiyaa 8 дней назад
Sonaa koo raabbii sii haa eguu waarraa
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 8 дней назад
❤💚❤💚❤💚💪💪💪💪 Oromo and Oromiaa children's bravo 👏
@bonsadebere9915
@bonsadebere9915 7 дней назад
Ganaa bochi😂😂😂😂oromoon dammaqera warri jara jala shushuktu jala rafi
@Sufaabrahim-c4s
@Sufaabrahim-c4s 8 дней назад
Huma hin sodatin warra jirachuu oromoo hin fenetu wayiwataa jira rabbi si haa eguu atti goota
@KiyaGemachu
@KiyaGemachu 8 дней назад
👌👌👌👌👌👌👌👌 Oromoo koo ❤️❤️❤️❤️❤️💞💞💞💞💞💞💞
@amsaluamane9284
@amsaluamane9284 5 дней назад
Bravo Sona 🎉🎉
@DerArto-d6q
@DerArto-d6q 5 дней назад
Soonaa waqayyoo si Haa eguu harkaa Isaa Dina jala si dhowwussu
@Makiishow1222
@Makiishow1222 8 дней назад
I Love you oromoo koo ❤🎉
@AkimaShow
@AkimaShow 6 дней назад
Ijara hafi sonaa koo heduu of egano godhi
@BonjaGenbejo
@BonjaGenbejo 6 дней назад
4-Kilo absolutely belongs to Oromo and Oromia while others can live there respecting the owners! Period!
@WeynshetFentaw-c5d
@WeynshetFentaw-c5d 4 дня назад
jabadha ilmani gotota❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@muktararsicha7158
@muktararsicha7158 7 дней назад
Oromoo koo Saba guddaa nuuf jiradhuu
@Sultan-ek3hh
@Sultan-ek3hh 5 дней назад
Masur Abbaa garaati oromoos miti dhugaa
@SafiyaAhmed-sx6eg
@SafiyaAhmed-sx6eg 8 дней назад
Nuufi jiradha oromoo hundii kesan❤❤❤❤❤❤
@NajaxAhmed-mp5bg
@NajaxAhmed-mp5bg 5 дней назад
Sonno ko rabbiin shaa eguu jabaa ko 🐅🐅🐅
@sittusittu9262
@sittusittu9262 8 дней назад
Jabooo bagaa likkisi ittime mucaa rabbii biraa hajiratuu bagaa jedhe itii bicataa jedhaa jaratii garaa gudaa aboo dukaa hin iyinaaa xanashaaa dhisaa yaa oromoo
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 8 дней назад
Dhugaan jirtuu kanuma isaan rakkoon isaanii oromoodha dina nuraa nyachaa nujibuu rabbiin hin dhisiin
@BirtukanLegese-g8o
@BirtukanLegese-g8o 8 дней назад
Nuuf jiradhuu yaa obbolesaa warii wayee oromo isiin gubbe bishaan siritii dhugaa
@almaztollu3255
@almaztollu3255 8 дней назад
Maati nafta.i❤❤❤🎉🎉
@edeakondale7092
@edeakondale7092 7 дней назад
Sirbichaan jalaadhe irra deebii ilaala jiraa
@sittusittu9262
@sittusittu9262 8 дней назад
Asiraa iyuuu dhisaa mucaaa akkamiti eganaa jedhaa marihaadhaa yaa oromo sitii bahee mali abbasi fidii mitii mucaaa nutii cimisaa egufiii marihadhaa
@Likkee-tg5py
@Likkee-tg5py 7 дней назад
Abbaan sirbaa kanaa of Eegi Sarooni Hacaaluu Hundeessa nyaate Akka sii nyaane..
@radicalv2720
@radicalv2720 8 дней назад
this song they have a lot of view that's why they are in jealous
@DkR-tv9os
@DkR-tv9os 8 дней назад
I Love you òoromifa ❤😅😅😅😅
@GadiseAlemu-rv4zm
@GadiseAlemu-rv4zm 9 дней назад
❤❤❤ kuni diqalaa dhaa males oromoo ta,e oromoo hin dhagayuu kan jedhuu badii dirashiin kee yaa baduu oromoo maraa sinan jalaadhaa warii amaraa sirbba isa hin hubanee ragadaa hin tu,ree
@hiijirra
@hiijirra 6 дней назад
rabbi sihaa egatu sona ko
@BeshuleBonso
@BeshuleBonso 8 дней назад
Dhugaa keetii saanyii ofii
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 8 дней назад
Sirbichii sirba bilxigunaan angoo ofi eggachuuf Fannoo sodaattee barreesittee
@HundesaEjara
@HundesaEjara 8 дней назад
Buqee adiyoo ta'eef laafa hin laliin mujaleen nama nyuuchu hin dhiiftu
@DeyasChala
@DeyasChala 6 дней назад
Namni wanumaa isaa hin galchinee maliif itti rakkataa
@muktararsicha7158
@muktararsicha7158 7 дней назад
Эвунат леманагер амахара байя ботав йенигаделв та'уу кобира миласу Йетанесью нв мерзагна милааси
@Arbaguguu
@Arbaguguu 8 дней назад
Haadha Faxee dhugaa ittii himatee ittii cabasii
@gurmumacho
@gurmumacho 5 дней назад
Sona, ❤❤❤
@jamalabdullahi8723
@jamalabdullahi8723 8 дней назад
Dhugaan jiru kanuma! Warra Oromoo irraa akka sabaatti Rakkoo qaban , Oromoo jibban ganda isaanii, hin dhaqinaa, sagalee hin tahinaafi. Oromoma kee siif wayya!!
@TigistTigist-g8t
@TigistTigist-g8t 8 дней назад
Nufii jiraadhaa oromoo koo hundii keessaani of course oromoo
@FawzeiahMohammad
@FawzeiahMohammad 9 дней назад
Solani qali imaa oromo nuu jiradhaa kaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@zeki9199
@zeki9199 4 дня назад
Mansur tultula betadeb teru new hadharaw waaaa
@UsmanAdam-m8h
@UsmanAdam-m8h 7 дней назад
Genocide ጀኖሳይድ ዐናውቅም ማቀፊን ዕንጂ
@goKn-li2jo
@goKn-li2jo 9 дней назад
Gubbadha😂😂oromo koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 8 дней назад
Hadhaa faxee ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉itti hima ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@MohamedBushras
@MohamedBushras 8 дней назад
Gatuu masuri afaani orommoo hin tani ya.a masuri
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
I love you i love you i love oromo koo oromo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@JamaalAbdunnaasir-gt6ep
@JamaalAbdunnaasir-gt6ep 8 дней назад
Najalaa guban Eega jedhe maaltu hafe mana Jara hin dhaqin jechuun sirriidha
@orotube8264
@orotube8264 7 дней назад
sodaa qawwee hin qabnuu jedhe Galaanaa yoo sirbu, iyyuun amalumaa bar
@sittusittu9262
@sittusittu9262 8 дней назад
Hikamufii hin qabuu Afaani kenyaa enyuma ini hikufi oromodhuma kesaa rakkoo jiraaa sichumati dhukee irraa kafinaa hikaa itti hin kenina esaaa abbasiti bekiti nutii oromoni wolii galu qabinaa
@shuumiibayyanaa946
@shuumiibayyanaa946 7 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed 9 дней назад
Welcome jabaadha Oromo koo
@NagiGedaDadi
@NagiGedaDadi 5 дней назад
oromoo ❤💪💪💪💪💪💪
@MahamudAdan-bl7to
@MahamudAdan-bl7to 4 дня назад
NU JIRADHAAAA ❤❤❤❤❤
@jiranekebede
@jiranekebede 3 дня назад
Amalia Harreetii haa iyyituu dhisaa
@Meti-u4v
@Meti-u4v 9 дней назад
💪💪💪💪💪💪💪OROMOO kooo❤❤❤❤❤
@UsmanAdam-m8h
@UsmanAdam-m8h 7 дней назад
"ዉጡ" የምል ዐልተዘፈነም ግን ማለትም ዕንችላለን።
@BeshuleBonso
@BeshuleBonso 8 дней назад
Oromoo Koo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯💯🫶
@Arbaguguu
@Arbaguguu 8 дней назад
Sirbaaa yeroo waliin deemuu
@MotiAsrat
@MotiAsrat 7 дней назад
Mensur beexe wayiiti atii dhiira miitii. oromoon dhiiraa abba faakkata bar
@ahmedmed4284
@ahmedmed4284 4 дня назад
@AhmedSeid-w8t
@AhmedSeid-w8t 8 дней назад
iloveyou sona ko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sorettitube
@sorettitube 9 дней назад
Girigiri dhisa keenya dubbin oluma mati nagodhadha adara Rabbi😅❤
@liyayegofta9601
@liyayegofta9601 7 дней назад
💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤👍👍👍
@hundeeziyad8545
@hundeeziyad8545 8 дней назад
Sirbichi Oromoon abbaa biyyaati dhaamsa jedhu dabarsa. Jechi sirbicha keessatti 'Arat Kilo' jedhu masaraa mootummaa osoo hin taane dhaamsa magaalaan Finfinnee kan Oromooti jedhu dabarsa. Haa tahuu garuu warri PPn sirbicha qaama Ololaatiifi Burjaajii godhatanii akka 'Oromoon Oromoorratti duuluu hin qabu' jedhee Oromoon fudhattuuf itti fayyadamaa jiran. Akka Oromoon isaanirratti xiyyeeffachuu dhiisee alagaa qofarratti xiyyeeffatuuf jechuudha.
@anesaliyi6562
@anesaliyi6562 8 дней назад
Dhugaaa itti himtan
@MeseretAmente
@MeseretAmente 7 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@DerejeTulu-gq4tm
@DerejeTulu-gq4tm 6 дней назад
Baga itti cabse
@mesigezagni5608
@mesigezagni5608 8 дней назад
Maalif warra habasha waalin marratu yaa OROMOO Koo isaano gana qoricha hantutatin waalfixu maalo sirbaa kana hadara iddo hundaati nuuf haa banamu bataskanati illee habanamu yoom ga'e gana marati warri habashaa masur maalif sodaatakansammoo nama dhibaa
@faziaali6464
@faziaali6464 9 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AyanaaJiraata
@AyanaaJiraata 8 дней назад
Ani bayyee kani naa dhiibuu enyutuu enyuni dhiifama gafta? Essani dhiifama nuu gaftaneru? Wanta balessa turani? Oromo kana chala deemu qabna jabadha
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
I love you oromo koo
@muktararsicha7158
@muktararsicha7158 7 дней назад
Ewunat lemanager amahara baya botaw yenigadelw be kobira milasu Yetanesew nw merzagna milasi
@muktaraballa5643
@muktaraballa5643 6 дней назад
😂😂😂❤❤
@ameatn
@ameatn 2 часа назад
የሕፃናት ዘፈን ነው ያውም የጨቅላ
@Aliahmad-jj9ep
@Aliahmad-jj9ep 9 дней назад
❤❤❤❤❤ dhuga jirruu itti himi gurba masur jedhamu kana itti hima gadhe wahi
@demetura5227
@demetura5227 8 дней назад
Jebadhaa Oromo koo
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
100% Thank you ❤❤❤❤❤❤❤❤
@ayyantudigafe-lj6oi
@ayyantudigafe-lj6oi 8 дней назад
Duraasii Enyuu seenaa jedhee seenuu hin qabdanii baqqaa
@muahedkader-eo4qn
@muahedkader-eo4qn 8 дней назад
Gowaa abaa keet
@KebebushTadesse-sj8jv
@KebebushTadesse-sj8jv 8 дней назад
ጎበዝ
@AliyyiiAbdala-g8z
@AliyyiiAbdala-g8z 8 дней назад
Mansor Jamal kun diaqaladhaa dhugaa an Aka koti follow ko Ira kasen jiraa oromookoo namtichii kun follow oromo Hangas bayatuu San qabaatee oromo tiqeysa ?nafxanya gamachisuf
@JamalAbirahim-u3y
@JamalAbirahim-u3y 9 дней назад
Masuraa.jamal.Abaa.fedhee.hin.Sodatin...Saboonaa.OROMOO...
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
Thank you
@genetadugnaheran1328
@genetadugnaheran1328 9 дней назад
Warra boolee🎉🎉🎉🎉🎉
@FawzeiahMohammad
@FawzeiahMohammad 9 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Sre-p2d
@Sre-p2d 8 дней назад
Jalqabaa irratti Mansur giddu fiidudha
@tolaragasa8211
@tolaragasa8211 8 дней назад
Jechoota nafxenyoota fuutanii ajandaa gochuu hin qabdani haraas boriis nafxenyaan dinaa kenyaadha
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
You are right
@HfGfh-xk4bt
@HfGfh-xk4bt 6 дней назад
kkkkk
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
I love you ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MasratBaqalaa
@MasratBaqalaa 9 дней назад
👍👍💪💪❤
@zenaabisa
@zenaabisa 7 дней назад
Kkkkkkkkkkkk
@Musa-z6u
@Musa-z6u 5 дней назад
Gaana. Gubataan😂😂😂
@AdanechWaldee
@AdanechWaldee 8 дней назад
❤❤❤🎉🎉❤❤
@zenaabisa
@zenaabisa 9 дней назад
I love you ❤❤❤❤❤❤❤❤
@ejersa-w4e
@ejersa-w4e 8 дней назад
(warkaawu zememe ....) jedhanii kan oggaa 100 duraa nurrati sirbaban nut maal jenne?
@BurtikanBurtikan
@BurtikanBurtikan 8 дней назад
❤❤❤❤❤❤😂
Далее
'Warra Boolee'- Sonaa Taakkalaa
7:15
Просмотров 52 тыс.
Как не носить с собой вещи
00:31
3 лайфхака для УШМ
01:00
Просмотров 59 тыс.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 03, 2017
17:44
Просмотров 8 тыс.
Aadaa FINFINNEE keessaa badde deebisne!!
29:51
Просмотров 15 тыс.