Тёмный

Teknoolojii akkaan nama sodaachisu: Farhiyaa Aadam 2023 

Farhiyaa Aadam
Подписаться 71 тыс.
Просмотров 113 тыс.
50% 1

Addunyaan as deemtu haalaan nama sodaachisti. Yeroo ammaa kana miidiyaalee mootummaa caalaa, miidiyaalee hawaasummaatu fudhatama guddaa qaba. Irra caalaan namaa social media irra oola. Waggoota muraasa dura yeroo Facebook beekamtii argataa dhufutti, Sheekotiin muraasni Facebook kana Fasaad buuk jedhanii ummata irraa dhoorkaa turan. Warri gaafas ummata irraa dhoorku kan har’a aktiivistii Facebook tahes ni jira. amma ammoo Tiktoktu addunyaa dhuunfatutti jira. kan tiktook kun sheekotii qofa osoo hin taane, warroota lixaatis rifachiisee jira. Tiktok balaa guddoon addunyatti dhufaa jira. keessattuu dhaloota dhufu kara hin taane oofutti jira. kanaafuu waan kana dura dhaabbachuu qabna jedhanii maritti jiran. Namoonni dhageettii guddaa qaban heddu, dhaabbanni google fi Apple Application tiktok akka block godhan gaafachutti jiran. Aktiivistoonni keenyas kan tiktok kana balaaleffatan heddu. Daa’ileen bebeekkamoonis tiktok kana hammeenya isaa dubbatan. An garuu waan addaa kan akkaan nama sodaachisu tokko isiniif himuuf deema.

Опубликовано:

 

3 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 547   
@MuheeArsitube2
@MuheeArsitube2 Год назад
Assalaamu Aleykum worahmatuulahii wobarakaatuhuu maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah جزاك الله خيرا يا اختي الكريمة زادك الله علما وفحمه Rabbiin beekkumssa guddaa siif haa dabaluu Ammallee inshaa Allah rabbiin karaa ufii filaterra nu haa kaahuu nu hoo dhiiroo hanga yoo waan jarri Achitti hojjatanii as erganiin dhaloota Ija jaamsinaa kuni gaafii kootii wanni ergama dhufu kana Addaan beeynu yoo baranne qofaa ykn badaa fii jabaa jarri Achii As nutti kennan hamaafi badaa addan beekuun dirqamaa kanaafuu barnootaa yoo waa hin beekne ganaa diinin kunuu soba nuun jetti Addunyaan maraatte jirtii nama baratee hamaa fii jabaa addaan beeku rabbiin nu haa godhuu inshaa Allah Obboleettii Teenna fariya waan bareeda sirraa baradaa jirraa Ammas irra deebi'ee galatoomii siin jechuu fedhaa
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Wa'aleykumussalaam warahmatullaahi wabarakaatuh! akkuma ati jette furmaanni barnoota qofa. nuti hundi barnootatti jabaachuu qabna. ilmaan teenyas haala gaariin barsiifachuu qabna. guddoo galatoomi
@Rijaalkamaal
@Rijaalkamaal Год назад
@@farhiyaadam ❤️❤️❤️❤️
@abuuhuzeefamahammad1719
@abuuhuzeefamahammad1719 Год назад
Teknolojii akkanaa Warra issii ummee balleessitee achumatti hafti Nuti Akka uumata muslimaati haadisa Fi quraana jiraana teknolojii rabbii Irraa nuu fageesitu hin barbaannu
@AyaanMohmed-g2f
@AyaanMohmed-g2f Месяц назад
❤❤❤❤❤masha allha 🎉🎉
@SrUae-iy4pu
@SrUae-iy4pu 3 месяца назад
Mashaa Allah Mashaa Allah jzlk❤❤
@محمدمحمد-ب6ش9ش
@محمدمحمد-ب6ش9ش 7 месяцев назад
ماشاءاللہ fariyaa
@FatnaFatima-ds7be
@FatnaFatima-ds7be 5 месяцев назад
Masha Allah masha Allah jzk
@bedriabasmume6317
@bedriabasmume6317 Год назад
Maasha Allah sister ,baayee galatoomi
@samiramohhamed7053
@samiramohhamed7053 Год назад
MaashaaAllahaa ❤❤❤❤❤❤
@ObsiiOro-u7c
@ObsiiOro-u7c 2 месяца назад
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah dhugaa ketii My sister to naaf jiradhuu
@محمدمحمد-ب6ش9ش
@محمدمحمد-ب6ش9ش 7 месяцев назад
ماشاءاللہ
@seruutube9285
@seruutube9285 Год назад
Maashaa allaha tabarakallah
@ismailmurad5157
@ismailmurad5157 Год назад
M allaaaah sis
@obsaibrahim7483
@obsaibrahim7483 Год назад
Masha Allah masha Allah ❤️
@astoessam-jy3ii
@astoessam-jy3ii 8 месяцев назад
Mashaa Allah mashaa Allah
@mohammedjafar4831
@mohammedjafar4831 Год назад
JZK. Dhugaa keeti barachu qabna.. INsha Allah
@DameeFaamii
@DameeFaamii Год назад
Jabaadhuu haaluma kanaan itti fufi
@kalidtube7865
@kalidtube7865 Год назад
Nasha Allaah tabbarakallah
@rafimajama4279
@rafimajama4279 Год назад
Yaa raabii nuu baassii
@NuraTubers
@NuraTubers Год назад
Jabaadhuu
@mamesiraj6144
@mamesiraj6144 Год назад
Masha Allah jzk Dear sister....AWESOME
@BILAALSHITTO
@BILAALSHITTO 6 месяцев назад
Masha Allah masha Allah jabaadhu jabduu teenya rabbii jachaa sii jaaladha
@obsituutentiraa6692
@obsituutentiraa6692 Год назад
Yaa Rabii
@galmakayyootube2523
@galmakayyootube2523 Год назад
Bayyee galatoomii fariyaa
@muazzamahmayyuu5395
@muazzamahmayyuu5395 Год назад
Masha Allah maasha Allah maasha Allah maasha Allah maasha Allah maasha Allah ❤❤❤❤❤❤❤
@jjdjdjeje4632
@jjdjdjeje4632 Год назад
Maasha Allaah tabaakh Allaah rabbiin isinirraa haa jaalatuu jabaadhu abduu teenya
@abdulkerimaman6494
@abdulkerimaman6494 Год назад
Masha allah rabbi beekumsa siif haa dabalu nurraa hin turin
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin
@Abdusharif-h2t
@Abdusharif-h2t Месяц назад
Masha allah Dr
@bashatube2045
@bashatube2045 Год назад
Subaanallaha Subaanallaha yaa Rabbii koo
@Fandishemedia
@Fandishemedia 6 месяцев назад
Masha Allah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tujayyub6893
@tujayyub6893 Год назад
Mashaa Allah 💖
@saladinmussa6076
@saladinmussa6076 Год назад
Masha Allah jzkl siif ha laafiisu
@mhommedahmedadem187
@mhommedahmedadem187 Год назад
Masha allaha jzkn jabadhu barnoota heddu nuf kanna jirta
@hababooabdulaziz2485
@hababooabdulaziz2485 Год назад
Yaa allah maaltu dhufa jira
@saladmohammed8569
@saladmohammed8569 Год назад
jazaakumullaahu kheyran yaa ukhti
@JamaalHhusen-so5oo
@JamaalHhusen-so5oo Год назад
Mashallah jzk
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
Ws wr wb ana dhufuu faruu tiyaa bareeduu rabbiin waan jedhan kana achumatii namiichumaa saan wolin dhabamaa nuraa haa godhuu yaa rabbii Rahammata kee nufi godhii yaa rabbii yaa alha nutii hin dhisiin ilimii namaa akka fedhee nuu godhuu wallhi heduu namaa sodachisaa rabbiin rahammata nufi haa godhuu 😭😭😭😭😭😭😭😭galatoomii jzklk oktii tiyaa qalfi garii namaa rabbiin bekumsaa irran bekumsaa sifi haa dabaluu duniyaafi akiralee rabbiin sadarka kee oli haa fudhuu 😘😘😘😘💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Aamiin Aamiin aamiin! galatoomi atiis
@SudeysSufiyan
@SudeysSufiyan Год назад
Masha allaah
@hamzhusein9847
@hamzhusein9847 Год назад
Maasha Allah tabarakallah As wr wb jirtaa maaliif turte
@Abdulkareem-gi9df
@Abdulkareem-gi9df 10 месяцев назад
Maashaa Allaah rabbiin sirraa haa jaaltuu
@bedirkasim
@bedirkasim Год назад
maashallaah Tabaarakallaah Rabbiin beekumsarraan beekkumsa siif Haa dabaluu urjii islaamaa
@abrahimahmed5023
@abrahimahmed5023 Год назад
Mashaa Allah Mashaa Allah jazaakallaah jabaadhu ❤❤❤❤
@AllahamdulilahRabbiilallaamin
Yaa rabbii. Najaa nu basii. Rabbii isiin irra ha jaallatu Fariiha teenya
@UMMUZUUBEEYR
@UMMUZUUBEEYR 2 месяца назад
Mashaa Allaah tabarakallah rabii sif hadabalu
@Xayyibaadaaksisoo
@Xayyibaadaaksisoo Год назад
Subahanna allaah yaa.rabbii nu 😢
@KhadijaBd12
@KhadijaBd12 Год назад
Mashaa allah ❤❤ jabaadhu
@mohammedjeilu7758
@mohammedjeilu7758 5 месяцев назад
Maasha Allaah! Obboletti teenya tan Aakiraa Barnoota guddaa nuuf dabarsaa jirtaa JZK umrii tee Rabbi Toltuu irratti si haa dheeressu
@CaaltuAbdi-z4g
@CaaltuAbdi-z4g Год назад
Maashaa allaah
@AnawaarAliyyi-lq2nh
@AnawaarAliyyi-lq2nh Год назад
masha allah mucaa oromoo qashtti rabbif jaacha sii jaalanna 🥰🥰🥰
@muradmohammed3610
@muradmohammed3610 Год назад
Masha'allah
@AhammadsadiqMuhammed
@AhammadsadiqMuhammed Год назад
Pls pls pls pls nurra hin turin
@GermanyHello
@GermanyHello Год назад
Inshallah atimo rabbin umurikee hadheereesu
@ToofiqeAbrahim-dc9ss
@ToofiqeAbrahim-dc9ss Год назад
As wr wb maashaallah
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ws wr wb
@gadasalaadinmohammed4590
@gadasalaadinmohammed4590 Год назад
Maasha allah iti
@abdiawal359
@abdiawal359 Год назад
baay'ee galatoomi waan hedduu sirraa barachaa jirra akkanumatti itti nuu fufi. Rabbiin fayyaafii umrii dheertuu siif haa Kennu.
@StooSttooo
@StooSttooo 5 месяцев назад
Masha. Alha❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@munee.tuube.9823
@munee.tuube.9823 Год назад
Ee. Wolhii. Dhugadha
@gaaliikadiir8244
@gaaliikadiir8244 Год назад
Jzk Rabbiin sirraa haa jallatu waan numiidhu Rabbiin nurraa haa danda.uu
@NajjaashMohammad
@NajjaashMohammad 6 месяцев назад
Sub haanallaah yaa Rabbii Nuu tisii atii
@FaridaDubai-r4e
@FaridaDubai-r4e 11 месяцев назад
Subahan allaah
@caaltuuoro2429
@caaltuuoro2429 Год назад
As wr wb Galtoomii uktii Subahana Allah Tan Rabbii irra jabdudh huma hin fidan
@Kamillaamidiyaa
@Kamillaamidiyaa Год назад
Farhiyya bareeddu baga baga dhufatee bayyee sii jalladhaa wanii bayyee sii irraa baranee rabbii bekkussuu ammalle sii daballuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DinoAmin-gi7lw
@DinoAmin-gi7lw Год назад
Maasha Allah ijara hafii
@BonsS32172
@BonsS32172 Год назад
Subalhaa yoo rbikoo
@mohamed-we3yq
@mohamed-we3yq Год назад
Masha.allh💕💕💕💕💕
@AbdulazizeYusuuf
@AbdulazizeYusuuf 7 месяцев назад
Thank my sister very work hard continew
@saadamuhammad7949
@saadamuhammad7949 Год назад
Subhaanallaah wlh waanuma ajaaibaa himta. An sihuu hedduu sidinqisiifadhe. Rabbiin beekumsa siifhaa dabalu jabaadhu
@maamiyooarsii8033
@maamiyooarsii8033 3 месяца назад
Dhugaa ketii sanyii ofii Rabbii umurii ke ha dheresuu
@farxiyaabdikariin5451
@farxiyaabdikariin5451 Год назад
Masha Allah bless you 🙏
@UmerHajji-eg8ll
@UmerHajji-eg8ll 6 месяцев назад
Mashaalla obboletti teena jabaadhu
@RheemaEth-ov4ns
@RheemaEth-ov4ns Год назад
❤❤❤❤❤❤
@ZuberAbdurehman
@ZuberAbdurehman Месяц назад
MashaAllaah❤❤❤❤❤❤❤
@hmohammed1210
@hmohammed1210 Год назад
Subahaan Allah😭😭😭😭
@VvxHhd
@VvxHhd Год назад
Maashaa Allaaah Jabaadhu
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 Год назад
Mashaalllaa.Mashaalllaa
@munamuna8854
@munamuna8854 Год назад
Mashaa Allah giifi keenya❤
@milkiinasir6488
@milkiinasir6488 Год назад
Mashaa allaah ittii fufii
@NuraTubers
@NuraTubers Год назад
Waan aja'ibaatii
@Mahdiiumar
@Mahdiiumar 5 месяцев назад
Mashalah rabin sira hajalatu ❤️🌹
@osamaziyad430
@osamaziyad430 Год назад
Masha allah wanta bareedaa nuuf fidde jabaadhu
@kookeetiwallagaa2240
@kookeetiwallagaa2240 Год назад
Yaa rabbii yoo lubuu jirne gana Wan baye argin jechu dhaa
@ameabdumalik9423
@ameabdumalik9423 Год назад
Mash Allaha Fariya Adam ijaa hammaa sirraa haa qabu
@mahbubajamal9817
@mahbubajamal9817 Год назад
Mashaallahaa mashaallaahaa rabbii siiraa haajaallatuu umurii kee raabbii siif hadheeresuu gaaruu atii oromiyaa keesaa naanoo kaamii baayee siidiqisifadhaa mashaallaahaa raabbii siif hadaabaaluu beekuumsaa kee kanaa
@umarkasim5806
@umarkasim5806 9 месяцев назад
Masha Allah rabbiin siif haa dabalu sister ❤❤❤
@muradtube5476
@muradtube5476 Год назад
Wallaahi wanin ja,we sigalateeffadhu hinjiru jannataan sihaa qananiisu sagantaa addan murin
@sofiyakemal5606
@sofiyakemal5606 Год назад
Subahaan Allah galatoomi farihaa teenna
@kamai7787
@kamai7787 Год назад
Subhan Allaah 🥺🥺🥺☝🏻
@turinamahadi7646
@turinamahadi7646 Год назад
Subhanaa Allaah
@Nejash-w2u
@Nejash-w2u 2 месяца назад
masha allaha fariha
@elemoowerdi6868
@elemoowerdi6868 Год назад
As wr wb maasha allah nuf waan gaarii
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Ws wr wb. Galatoomi
@HikmaHikma-r3f
@HikmaHikma-r3f Год назад
Masha Allah wan haraya kan nuti hin beyne nu barsiste obboletti islama galatomi
@kalidtube7865
@kalidtube7865 Год назад
Hojiin ke bayyee namati tolla jabbadhu my sister
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Galatoomi
@akofficial2459
@akofficial2459 Год назад
❤❤ jabaadhu fariyaa teenna
@Oromiyaagamachuu
@Oromiyaagamachuu Год назад
Subahña Allahh Rani jala nu ha baratu😭😭
@maamiyooarsii8033
@maamiyooarsii8033 3 месяца назад
Mashaa Allaah galaatomii
@sumayasummaya6531
@sumayasummaya6531 Год назад
Waleeykm salaam waraamtluhii wabarakaatuhu
@AminaaAlii
@AminaaAlii Год назад
Mashaa Allan jajabduu Rabbiin sihajajabeesuu❤❤❤❤❤❤❤❤😢
@abdulhakimahmed6111
@abdulhakimahmed6111 Год назад
Really, you are so amazing, a woman who shares what Almmighyy has gives her, and I hope that other women will be watching your program and going after your footsteps , May Allah bless you for the good things you are doing to your beloved society
@GOO_MESSAGE
@GOO_MESSAGE Год назад
Maasha Allah obboleeytii teenya
@yoomiilataa2599
@yoomiilataa2599 Год назад
Subahanllaah
@RiyadAbdella-m8j
@RiyadAbdella-m8j 7 месяцев назад
Mashlha zadaaklhuimaan
@Ethiopians1stOromia
@Ethiopians1stOromia Год назад
AS WR WB Maashaa Allaah Obboleettii Tiyya Qaalii Rabbi Umrii kee haa Dheeressu Beekumsarraan Beekumsa siif haa dabalu Hiriyyaan koo tokko akkaan si hordofaa Si dinqisiifatee Atumtuu way Màashina kana Sammuu keessaa qabaattaa Siin jedhe Dhiifama godhiif ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Rabbiif jecha sirrrrrittti si jaaladha
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu. guddoo galatoomi! hiriyaa kee saniinis "Waa😒" jedhiin. isin hundahuu Rabbiin isin haa gammachiisu!
@Ethiopians1stOromia
@Ethiopians1stOromia Год назад
Jabaadhu Jajjabee Too Wlh Namoota Ciccimoo Yeroo Ammaa Islaamni qaban Keessaa Takka ati
Далее
I Built a SECRET Lamborghini Dealership!
33:02
Просмотров 8 млн
МАЛОЙ ГАИШНИК
00:35
Просмотров 508 тыс.
Yoo Feetan Samii Bahaa 😅 | DHALOOTA HEGEREE | 28
20:13
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Просмотров 291 тыс.
RNH 764, November 14, 2022 Soora Qalbii
32:44
Просмотров 40 тыс.
Seenaa: Taajirtichaafi Namticha Qurxummii Kiyyeessu
2:52
Maaliif Salaanna? | Farhiyaa Aadam 2024
12:10
Просмотров 233 тыс.