Тёмный

Seenaa: Taajirtichaafi Namticha Qurxummii Kiyyeessu 

Farhiyaa Aadam
Подписаться 66 тыс.
Просмотров 83 тыс.
50% 1

Taajirticha tokkotu bashannanaaf biicha dhaqe. biicha jechuu ni beeytan, qarqara galaanaa jechu. ilmaan isaatiifi jaartii isaa wajji biicha dhaqanii cirracharra fiigaa taphatan. namtichi tokko ammoo qarqaruma galaanaa san taa’ee qurxummii kiyyeessa. watya namtichi qurxummii muraasa kiyyeessee gara manaa galuuf ka’u, taajirtichi namticha kana yaamee dubbise. maal dalagutti jirta jedheen. qurxummii kiyyeessee galutti jira jedheen. guyyatti qurxummii meeqa kiyyeessita jedhee gaafate taajirtichi. quxummii muraasa anaafi maatii kiyyaaf gahu qofa kiyyeessa sanii ol maal itti godha jedheen. maaliif gowwaa taata. nama si gargaaru barbaadii qurxummii heddummeessii kiyyeessi. waan maatii keetiif gahu qofa hin kiyyeessin jedheen taajirtichi. heddummeessee maal ittiin godha jedheen namtichi hiyyeessi. magaalaa geessitee gurgurta kaa. mallaqa guddaa irraa argatta jedheen taajirtichi. achi booda hoo mallaqa san maaliin godha jedheen. borus akkasumatti heddummeessitee kiyyeessitee gurgurta. mallaqa walitti qabattee doonii guddaa bitatta. doonii guddaan bahara keessa deemtee qurxummii kumaatama kiyyeessitee biyya alaa ergita. mallaqa miiliyoona argattee akka kiyya taajira taata jedheen. eega taajira tahee hoo maal godha jedhee gaafate namtichi qurxummii kiyyeessu. kunoo nan agartuu, akka kiyya kanatti ilmaan tee guurattee bakka akkanaa dhuftee bashannanta. raahaa goota. jiruu gammachuu jiraatta jedheen. san taatu ammaa itti jiraamii; maatiin kiyya kunoo ollama kana jiran. yoo feete amma deemee fidee dhufuu dandaha. nuti torbanirraa asitti qaama dhiqanna. asitti huccuu miiccanna. ilmaan tiyya bakka kanatti taphataa oolan. waan ati ifaajee dheeraa booda itti dhaqqabde nuti duraa itti jirra jedheenii biraa deeme.

Опубликовано:

 

7 фев 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 268   
@farhiyaadam
@farhiyaadam Год назад
Namoonni yaada naaf gumaachitan hundi keessan galatoomaa! Rabbi isinirraa haa jaalatu. comment keessan hunda hordofutti jira. garuu nama hundaaf deebisaa kennuun xiqqoo natti ulfaatuu mala. yoo isinirraa ture dhiifama isin gaafadha. hanga dandaheen nama hundaaf deebisaa kennuuf yaalii nin godha. Viidiyoo dheeraa dhaamsa guddaa if keessaa qabu isiniif qopheessutti jira. hangasiif tanaan booharaa. isin hundi naaf galatoomaa. kabajaa guddoo isiniif qaba.👍👍👍
@abdulaziizmahamad4658
@abdulaziizmahamad4658 Год назад
Nutilee heddu sii kabjna heduu heduu galatoomi
@foziyaaabdii2143
@foziyaaabdii2143 Год назад
yaada garii 👍👍👍👍👍👍👍
@ameanhhaeg1283
@ameanhhaeg1283 Год назад
❤❤❤❤❤❤Maashaaa Maashaaa Maashaaa
@shaameemahmmad
@shaameemahmmad Год назад
,
@Foziyamuzemil-wm7pj
@Foziyamuzemil-wm7pj 7 месяцев назад
Habibti Heddu galatomii
@Hanii961
@Hanii961 Год назад
Welcome Farihaa Mee Namanii Akaa koo Farihaa Jalatan like Godhaa ❤️
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💞💓
@solafizaid4442
@solafizaid4442 Год назад
Anisii hin jaladhaa ❤❤
@tajudinmd1634
@tajudinmd1634 Год назад
Mashalhaa rabbiini isinii irraa haaa jalatuuu tamaa qabunuuni irratti imanana nuu kenii yaa rabiii fedhii namaa bayyee fagataa subalanà💛💚💛🧡💓💗❤🖤🤍💛🧡💯🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@asmaaabdii1348
@asmaaabdii1348 Год назад
Dhugaa jette Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah Alhamdulillah 💖 ✨ 💓
@sufiisufiiabbuqadir9773
@sufiisufiiabbuqadir9773 Год назад
ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله
@FahmiiAhmadOfficial
@FahmiiAhmadOfficial Год назад
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah
@user-df9qv3ex2o
@user-df9qv3ex2o Год назад
Maashaalaah💓🤲☝️jzk
@user-jl6dh9le7v
@user-jl6dh9le7v 2 месяца назад
mashaallaah mashaallaah mashaallaah mashaallaah ❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉rabbif jechaa si jslaanna
@xayibahassan
@xayibahassan Год назад
Jazakumulahu keyran rabbi jechan si jaladha jannatul furdowsin rabbi siha qananisu
@xayibahassan
@xayibahassan Год назад
❤️❤️❣️
@shemstube7057
@shemstube7057 8 месяцев назад
Rabbiin umrii sihaa dheeressu yaa obboleettii aakiraa
@alhamdulillah1479
@alhamdulillah1479 Год назад
maashaa allah
@Abdiiboruu-rl7ye
@Abdiiboruu-rl7ye Год назад
Maashalaah Maashalaah galatoomi sanyii koo rabbi siwaliin haajiraatu dhifama waliin gaafii wahii si gaafatuu barbaada esaan siqunamuu Dan da'a 🙏🙏🙏🙏💞💞👈
@mahammadsalah1442
@mahammadsalah1442 Год назад
Maashaa allah ماشاءالله يا قلبي
@HarunJabal
@HarunJabal 2 дня назад
Maashaa Allah maashaa Allah rabbif jecha si jaalladha❤❤❤
@ggjj6859
@ggjj6859 Год назад
Mashaa Allah❤❤❤
@ahmedsirajmuhammedjamel1689
Masha Allah rabbiin isin irraa haa jaalatu aduniya fi akeratti isin haa milkessu umrii teessan rabbiin nuuf haa dheressu nama irraa fayyadamu rabbiin nuhaa godhu
@makiyakadir2505
@makiyakadir2505 Год назад
Ajibaa waalhii jaazzakheeyriin jabadhuu qallii namaa raabbiin umurii si dheressuu
@nafiletube99
@nafiletube99 Год назад
Masha Allah Seenaa Barsiisa fii Bashanansiisadha Fariyaa teenya hedduu galatoomi🥰❤️🙏
@fayidaaali9077
@fayidaaali9077 Год назад
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته مشاءالله تبارك الله ❤❤❤❤❤🤲🤲🙏
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💞
@fayidaaali9077
@fayidaaali9077 Год назад
@@amanaaQuruu6491 atii naf tatee😳🤣
@mahmmadibraahim1869
@mahmmadibraahim1869 Год назад
Inshaa'allah alhamdulillah
@AsdAsd-yb7vo
@AsdAsd-yb7vo Год назад
Maashaa'Allaah Taabaarakaallaah Rabbiin Siiraa haa Jaalaatuu
@nuratubers
@nuratubers Год назад
Mashaa Allah
@afandiibroosh6335
@afandiibroosh6335 Год назад
RABBIIF jechaan hedduu si jaaladha
@IbrahimBashir-jz5vk
@IbrahimBashir-jz5vk 3 месяца назад
Masha Allah
@ahimadmahamud7870
@ahimadmahamud7870 Год назад
Dhugaa bekumsaa kanaa caalu Rabbi sifii haa kennu Mashaa Allah ❤️
@dechasmummad4831
@dechasmummad4831 Год назад
Masha Allah! wly hedduun si jaaladha Rabbiif je'ee. Maal qaba osoo dubartiin akka keetii kuni kuma kumaan nuuf baayyatee. silaa lafti Rabbiin uume kuni jannata nuuf ta'a! i love you so much!!!!
@umarkadiir2524
@umarkadiir2524 Год назад
Mashallhaa Mashallhaa
@mamaafnan4474
@mamaafnan4474 Год назад
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته جزاك الله خيرا faruu jabaadhu mashaallah
@lenchotube3729
@lenchotube3729 Год назад
Maashaa Allah rabbi sirra haa jaalatu. Seenaa fii gorsi ati nuuf dhiheysitu bayye nama barsiisa, nama bashanansiisa. Caalati akkataan ati itti nuuf dhiheysitu hedduu nama hawwata. Umrii nuuf dheeradhu
@muhamed2772
@muhamed2772 Год назад
Mashaa Allah Rabbii siiraa haa jaalatuu
@kwkw4127
@kwkw4127 Год назад
Woli fala subban Allah
@user-gb1hk9gy9e
@user-gb1hk9gy9e 9 месяцев назад
Mashallaa rabbini isinira haa jalatu
@saafisiraaj9356
@saafisiraaj9356 Год назад
Maasha allah jzk
@zahariyamuhiyidiin9574
@zahariyamuhiyidiin9574 Год назад
Dhuga jete habibti
@shurajaalala9495
@shurajaalala9495 Год назад
Masha allha rabbin umrii sii haa dheresuu
@faxumaaethiopia9658
@faxumaaethiopia9658 Год назад
Mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa mashallahaa ❤️❤️❤️❤️❤️🌹
@user-yb6jx4yk3y
@user-yb6jx4yk3y 11 месяцев назад
Mashaa allah
@haqabarbaada1875
@haqabarbaada1875 Год назад
Masha,allaha ee dhugaa jette rabbiin Waan nuuf keenne irratti ufnuhaa beysisuu
@saafisiraaj9356
@saafisiraaj9356 8 месяцев назад
Maasha Allah Fariyaa Adam jazaa kallahu keyran
@aminaaaliy8051
@aminaaaliy8051 Год назад
Mashaallaa mashaallaa
@faatumaa
@faatumaa Год назад
mashaa alaah ajibaaa wolhii rabbii siraa haa jaalatuu jzk
@user-wy6rn8hq5d
@user-wy6rn8hq5d 7 месяцев назад
Maashaa allah
@amaalikiisaa7081
@amaalikiisaa7081 Год назад
Maashaa Allah maashaa Allah tabaarakkaallah barnoota gaariidha
@user-hl1bx2lc2y
@user-hl1bx2lc2y 11 месяцев назад
Masha allah
@saadu7901
@saadu7901 Год назад
Mashaallaah mashaallaah wollaahi hedduu takkaa sii jaladhaa 💙 jabadhuu jabduu teenyaa 🥰❤️❤️❤️❤️
@user-cc8cc9zo5f
@user-cc8cc9zo5f Год назад
Masha Allaah Rabbiin siraa haa jaalaatuu jzk keyaran uktiyee qali nama ⚘ 🧡 ❤
@bilixuubilixuu
@bilixuubilixuu Год назад
Masahaa Allah
@rahimaatube3468
@rahimaatube3468 Год назад
Alhamdulillah Galtomii Gorsaa baredaa
@mustariyanabsoo127
@mustariyanabsoo127 Год назад
Maashaa Allah Tabarakallah ❤❤❤👌👌🥰
@sadiyahasan7759
@sadiyahasan7759 Год назад
Mashallaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@nafijiradhu
@nafijiradhu Год назад
Masha allaah
@darartuutaddasaa4292
@darartuutaddasaa4292 Год назад
Allaahmdullillaah ergaa bareeda nuu jiraadhuu ❤🙏
@xalhaaiphone3835
@xalhaaiphone3835 Год назад
Mashaa Alhaa
@ayaantofiq8655
@ayaantofiq8655 Год назад
Mashaa allaah
@RiyoApp
@RiyoApp Год назад
Maasha Allah baga nagayaan dhuftan Rabbiin gubbaan siif haa dabalu qissaa Ajaaibaati
@Huureetube
@Huureetube Год назад
Maashaa allaah jzk
@dahabmohammed1879
@dahabmohammed1879 Год назад
Mashaa Allh
@sabirina578
@sabirina578 Год назад
Masha.allah
@mominaabadura4134
@mominaabadura4134 10 месяцев назад
Mashaaallah
@meryamameryama7357
@meryamameryama7357 11 месяцев назад
Mashaalha jzk
@jannatiialiyi4491
@jannatiialiyi4491 Год назад
Maashaa allaah Fariyaa JZKLLAHU keeyran
@assanowabdow332
@assanowabdow332 5 месяцев назад
jazakumulahu keyran uqtil haziz
@kiyyaajimmaa3727
@kiyyaajimmaa3727 Год назад
Seenaa bareduu bekkusaa qabu Nun gahuu keetif galatoomii jabadhuu
@abdiwallo8919
@abdiwallo8919 Год назад
dhugaa kee jette obbolettii koo mashaa allaa ani egan tiktook keti fii yuutub kee argee bekkamtii bayyeen argadhe seenaa cicimaa mashaa allaa rabbiin bekkamtii qabdutti siif haa dabaluu izinii isaatiin
@saadu7901
@saadu7901 Год назад
Waleykumsalaam worahamatulaahi wobarakaatuu ❤️❤️
@sadamethio5493
@sadamethio5493 Год назад
Mashalaah
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 Год назад
Mashaa Allaah Fariyaa tiyyaa wlh hedduu takka si jaaladha rabbii jechaa JZK
@sumayasummaya6531
@sumayasummaya6531 Год назад
Waleeykm salaam waraamtluhii wabarakaatuhu
@Foziyamuzemil-wm7pj
@Foziyamuzemil-wm7pj 7 месяцев назад
Wl wr wb MashaAllah Rabbin sirra Hajalatuu Habibti 💕💞💞💞💕❤️❤️❣️❣️❣️❣️
@kamillaaabdallaa888
@kamillaaabdallaa888 Год назад
Mashaalllaa
@gamachishasan32
@gamachishasan32 Год назад
Maashaa Allaah Maashaa Allaah Maashaa Allaah
@muazkg2259
@muazkg2259 Год назад
As wr wb? Maashaa allaah obboleeytii tiyya Farhiyaa. Qophiin Soora Qalbii Tan siifi Obboleeysi keenya Usmaan Nuuf Dhiheeysitaniifi Qophiileen ati asirraaatti nuuf Dhiheeysaa jirtu Hedduu Namatti tolti. Barumsa guddaa irraa argachaa jirra. Rabbiin isinirraa haa jaalatu. Umrii nuuf dheeraadhaa. RABBIIF Jechaan Isin JAALADHA. Galatoomaa!
@ekramekram4315
@ekramekram4315 Год назад
Wa wr wb mashaa allah Mashaa allah tabarakalah rabbin umrii kee siif yaa dhereysu yaa fariha
@abdeetube7925
@abdeetube7925 Год назад
Maasha Allh
@lifelife9423
@lifelife9423 Год назад
♥️♥️♥️♥️💔💔💔
@redwanibrahim9057
@redwanibrahim9057 5 месяцев назад
❤🎉😂Adriano to imo and
@dawudtube2497
@dawudtube2497 Год назад
Mashallah
@jamaaltube1005
@jamaaltube1005 Год назад
Dhugaa jette maashaa allaah umrii dheeradhu
@fetihanejib6851
@fetihanejib6851 Год назад
Mashallaah nuu jiraaadhuu lubbuu tiyyaa
@MubaarakAliyyi
@MubaarakAliyyi Год назад
Maashaa Allaah farihaa rabbiin sirraa haa jaallatu intala muslimaa ta akka teetii tana rabbiin nuuf haa heddomeessu jabaadhu rabbiif jecha hedduun si jaaladha .
@AbdulHalim-xi5xd
@AbdulHalim-xi5xd Год назад
Mashaallaa ergaa nama hawattuf ergaa ergaa guddaa qabdi
@kazinamama4567
@kazinamama4567 Год назад
Mashallah jabbadhu
@user-uw4xu4pj8s
@user-uw4xu4pj8s Год назад
Mashaallah ❤ ❤
@hassannasser6254
@hassannasser6254 Год назад
Masha'allah jzk wanumaa dhugaadha kun.
@binjamaljimma3149
@binjamaljimma3149 Год назад
Fariha hedduu namatti tola senan ati barsiiftu maasha Allah jabaadh
@darartuutaddasaa4292
@darartuutaddasaa4292 Год назад
Ws wr wb bagga naghanii dhufitee fariyaa qaalii rabbii umrii sii haa dheersuu like sherii godhaafii hordoftoota fariyaa hundii keessanu ❤❤❤
@melkamnawmmelkamnawm2182
@melkamnawmmelkamnawm2182 Год назад
Mashallah mashallah 🥰
@muhajirabdusalam8625
@muhajirabdusalam8625 Год назад
WA WR WB Masha allha Masha allha Masha allha Rabbin Sirra haajallatu jabddu teenya Hedduu Namatti tolatti Jabaadhu siwajjin jirra 💚💚💚❤️❤️❤️
@biftuahmed7564
@biftuahmed7564 Год назад
Allhmadulilah
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781
Waleeykumu.saalaam warahmatuulahii waabarakatuu
@user-hl8gs2hc1f
@user-hl8gs2hc1f 9 месяцев назад
Subanallaah
@solafizaid4442
@solafizaid4442 Год назад
Mashalaa 🥰😘😘
@user-ow2hr9of3y
@user-ow2hr9of3y 11 месяцев назад
ati jabduudha jabaadhu ukhtii kenya rabbi si haa jabeessu
@sumaayaayoutubee9271
@sumaayaayoutubee9271 Год назад
Allhamadulliali galataa Raabbiin
@hawaah8625
@hawaah8625 Год назад
Maashaallaahuu Maashaallaahuu Maashaallaahuu Maashaallaahuu Maashaallaahuu Baaraakkaallaahuuu fiikum Jaazaakuumuullaahuukeeyraaan 👍👍❤️❤️💕💕
@haqabarbaada1875
@haqabarbaada1875 Год назад
Garuu Seenaa Akka babbareedu kana nurra tursiisini guyya lama Fi 3 ol Akka nurra hin turree yaada koottu dhugaa dubbatuuf eega Seena akkana akkana kan nuuf himuu eegaltee heddu hawwuu turee Akka guyya guyyan eega
@yasmenmuh2626
@yasmenmuh2626 Год назад
Masha allah❤❤❤
@HAYYTUBE
@HAYYTUBE Год назад
Masha Allah obbaleytitiyya Jazaa kee rabbiin siif haa Kafalu wallahi hojii bareeda hojjachutti jirta irra booda Hin ja,in rabbiin si milkeessa Nama waan gaggaari dalage rabbin Ni milkeessa inshallah
@abdallaaaabishu83
@abdallaaaabishu83 Год назад
Ee mashaa,allaah yaa farihaa heduu sijaalanna nuuf jiraadhu
@fooofooi3748
@fooofooi3748 Год назад
Mashaa alh ❤
@saafisiraaj9356
@saafisiraaj9356 8 месяцев назад
ماشا،الله
@HafizRaya-ty1jt
@HafizRaya-ty1jt Год назад
Seenaa hedduu nuuf dhiheessiteef galatoomi haala Kansan itti fufi garuu seenaa Nama haati Jalaa duute fakkaatu nuuf dhiheessi akkam sabrii arkadhuuf
Далее
Yoo Feetan Samii Bahaa 😅 | DHALOOTA HEGEREE | 28
20:13
Happy 4th of July 😂
00:12
Просмотров 25 млн
Все кругом Миланы... 🤣
00:12
Просмотров 264 тыс.
Teknoolojii akkaan nama sodaachisu: Farhiyaa Aadam 2023
12:54
Farhiyaafi Usmaan: Qorqodummaa Daangaa Dabre
4:48
Просмотров 56 тыс.
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Просмотров 267 тыс.