Тёмный
No video :(

TEMESGEN ALEMAYEHU: ABBAA KOO 

EGEREE MEDIA
Подписаться 234 тыс.
Просмотров 429 тыс.
50% 1

ONLY ON EGEREE MEDIA
Faarfannaa kanaan namni hin eebbifamne jira jedhee hin yaadu. Ittiin eebbifamaatii warra kaanis ittiin eebbisaa!
All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Опубликовано:

 

22 авг 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 300   
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 3 года назад
Warrii pheenxe kun kan nati toltan afaan keessan tajaajiluufi tajaajilamu keessanidha eebbiifama jabaadha❤️💚❤️🙏❤️😢😭
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 года назад
Ameeniameeniameeni🙏🙏🙏❤💚❤
@farhaanaabaacaa1541
@farhaanaabaacaa1541 3 года назад
Ebifaamii atiii dachaa waraa penxee
@user-zv1yb4nb2x
@user-zv1yb4nb2x 3 года назад
Ameen sinis waqayoo si'a yadatuu ebbimii
@aberadamiseofficialyoutub
@aberadamiseofficialyoutub 3 года назад
Atis eebbifami! Eebbichi si'iinis haa argatu.
@user-zv1yb4nb2x
@user-zv1yb4nb2x 3 года назад
@Naol anii durumaa kan iyesusii isan malee hin jirenyii hin jiruu namnii akkamiin jirataa waqayoo irraa addaa ba'ee?
@aynalemabera860
@aynalemabera860 4 месяца назад
ኡፍፍፍፍ ስንቴዬ ደጋግሜ ሰምቼም አልጠገብኩም ኦምፋ ብዙም አልችልም ግን መዝሙሩ በጣም ነዉ የተረዳሁት ተስፋችን ኢየሱስ ይባረክ 😢😢
@simedinku1322
@simedinku1322 11 месяцев назад
Ameeen Eebbifamaa, IYASUUS GOOFTAADHA!!!
@margeeyesuusiif4484
@margeeyesuusiif4484 3 года назад
Uuuuf Maalo faarsaa kana dhaggeeffachuus dhiisuu dadhabe😭 Booyichas dadhabe❤😭😭😭 Waaqayyo barake haa eebbisu Ebbifamaaka maaloo😭❤❤❤❤❤
@gemechisaregasa6624
@gemechisaregasa6624 3 года назад
Football was not
@bakkalcabariiofficial7588
@bakkalcabariiofficial7588 3 года назад
maloo yaa ABBAAkoo kun waanumaa dhugadhaam gara nama ilaalee anilee waan bayyeen yela;ee beekaa tamo waqayyoo bara kee haa ebbisuu
@eirbaya5517
@eirbaya5517 Год назад
Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa 👏🤲🙏😭♥️😭🥰 Ameeeeeen Eebbifamaa Ameeeeen 🙏 Ameeeeee Ameeeeeeen Ameeeeeen 🤲👏🤝💐👏🙏 Ameeeeee 💚
@mtssitayomucaakakuumobile9289
@mtssitayomucaakakuumobile9289 3 года назад
Uuuuffey Madaa garaakoo naaf fayyisi Abbaa koo,, Maqaa yasusiin Eebbifamii Hadhoko Fr/taa Tamasgeen 🙏🙏
@faniandsif3401
@faniandsif3401 3 года назад
Uuuuuuuuuuffffffeeeeee annoo waan jedhuu hin qabuu goftaan koo mana isaa kessatti sihaa qusattu farfaaan kee jirenyaa koo naa yadachiiiftee imimaanifu dhagefachuu hin dandahuu waqayoo dibatta isaa dachaan siif haa bayiisu .
@holybibletube3999
@holybibletube3999 11 месяцев назад
God bless you brother!Oh this is grateful for me.hallelujah!!!
@aseefaasee7265
@aseefaasee7265 Год назад
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebbifaamaa ebbifaama ebbifaama 🙏🙏🙏😭😭😭🙏🙏🙏
@asterburaka3150
@asterburaka3150 3 года назад
Wan hunduma dursa abba an ayyanicha WAAQAYYOO ha kabajaamuu itti ansuun hunduma keessan Waaqayyoo ha ebbisuu baayyeen itti boqoodheraa:: hir'uu nama baay'ee guutee kankoo malif afaan banaa abbaakoo wal naf qixxeessi mul'atakoo situ oggana Ameeeeeeeeen
@TarikuNegese
@TarikuNegese 3 года назад
Faaruu kun hedduu nama eebbisa. Abbaan kennaa Ayyaanichaa haa eebbifamu. Obboleessa keenya kennichaan sabasaaf gumaacha taasiseefis dachaan ayyaanichaa itti haa dabalamu.
@ebahaile
@ebahaile 3 года назад
Waaw faarsan jaalladhu gooftaan si ha eebbisu tamee ❤❤❤❤💚💚💚❤❤
@user-vr3fl7mp9t
@user-vr3fl7mp9t 5 месяцев назад
Yay esa dhufa sila gargasikoo yoo si tahe male yesusko 😊
@KanaKo-nw1jh
@KanaKo-nw1jh Год назад
ABBAA KOO ....ABBAA KOO....ABBAA KOO...... THANKS LORD FOR SUCH A WONDERFUL GIFT!!!
@alemutesfaye8265
@alemutesfaye8265 3 года назад
Barake waqayyoo ha eebbisuu nama waqayyoo, hafuura nama gabbisa faaruunke!!!
@asterintalashawaa6618
@asterintalashawaa6618 3 года назад
Uuuuuuuuuuuuuffff malo dhagefadhee qufu dhadhabee .akkaam garaa namaa rasaa .😭😭waqayoo goftaa sii haa ebbisuu 🙏🙏Ammmmmmen Ammmmmmen Ammmmmmmeen😢🙏🙏🙏
@eyasu7797
@eyasu7797 3 года назад
Waaqayyo isin haa eebbisu! jabaadha!! Guddaa itti eebbifamneerra.
@kurfojambo6799
@kurfojambo6799 Год назад
Dhugaadha furii adduunyaa hundaaf isaa
@ayanateshoma6950
@ayanateshoma6950 3 года назад
waaqayyo gooftaan bara keessan haa eebbisu guddaa itti eebbifamneerra.
@user-hk2ij2kq6s
@user-hk2ij2kq6s 2 месяца назад
Abbaa koo Galatoomii abbaa uuuuffffeeee stti boqote Gooftaa lubbuun ko😢❤🤲🙏
@meronyoutub9662
@meronyoutub9662 3 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuf hebbifama ano akkan gdhagaun dhadhabe
@winolit92
@winolit92 3 года назад
Ameen Ameen Eebbifami this is my favorite song. may everyone watching this be blessed.
@diborarima3698
@diborarima3698 3 года назад
Ammen ammen ammen haleeluuya ebifami dachadacha bayye
@lidiyaafufaa4098
@lidiyaafufaa4098 2 года назад
Uuuufee uuufff amen amenn amenn amenn amenn amenn tabrki babuzu wow wowwow
@dasitadiribadsta5524
@dasitadiribadsta5524 3 года назад
Ebifami dhuga bayee yelu qaba nati dhagahama sena kon yadadhe😭😭😭🎶🎶🎶🎶🎶🎶🎷🎷🎷🎷
@tarikeendalo9354
@tarikeendalo9354 3 года назад
God bless you enyunan bekka kanbirra sii harka nyadhe barrera eebbifama
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 года назад
Farfanaa bayee jaladhuu argadhee😍😍🙏🙇ebifamaa
@adis2869
@adis2869 3 года назад
Uuuuuuuuuuf abbaa koo sif galla inni cabse hamileko god bless you..........
@dawitdajane2789
@dawitdajane2789 3 года назад
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen
@gaadisemargaa3514
@gaadisemargaa3514 2 года назад
ameeeen ameeeeen uuuuuufffoi abba Koo siirtaa ofi gaateraara a
@adugnamerga1789
@adugnamerga1789 2 года назад
Eebbifami Tameeko! Gargaaraan keenya, jajjabeessaan keenya Abbaa keenya isa dhugaa YESUUS qofa!
@nagofiasu..2080
@nagofiasu..2080 Год назад
Abbakoo ijiko garaa kee ilalaa uuuuufffee Ameeeeeen Ameeeeeen haleluyaa haleluyaaa 🙏🏽🙏🏽🙏🏽😭😭😭🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾🤲🏾💝💝💝💝
@mobileplus6425
@mobileplus6425 Год назад
Ameeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Ameeeeeeeeeni Waaqayyoo siina Eebbisuu
@Gut2-Cush
@Gut2-Cush 9 месяцев назад
Faaruu garaa nama nyaatudha. Eebbifami bro
@Rahel18732
@Rahel18732 3 года назад
May God bless u
@hawa-gt9uv
@hawa-gt9uv Год назад
Ameeeeeen Ameee🎧🎧🎤🎤🎤🎺🎺🎺🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🎷🎷🎷🎼🎼🎼🎼🎧🎶🎶🎶🎹🔊🔊⛪️⛪️⛪️💒💒💒💒💒💒♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️eeen Ameeeeeen
@hijazimestawotbalcha6910
@hijazimestawotbalcha6910 3 года назад
Amen Amen Amen Ebifamaa Ebifamaa! !
@danielfeyisa
@danielfeyisa 2 года назад
WOW..... Faarfannaa dhaggeeffatamee hin quufamne, ammas ammas deddeebise, ammas ammas irra deddeebiseeen...... Haleeluyyaa, waaqayyo ayyaana kana caalu siif haa dabalu.
@biyyawaaqarraatube7410
@biyyawaaqarraatube7410 3 года назад
Wayi Tameeko nuuf jiraadhu si jaallanna
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Ammmen uuuuuuuuufffiii Abbaa koo ija koo garaa kee illaa 😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥰🥰💙💙💝❤️💘waaqayyoo waqaa irraa dachaa haa ebbisuu bro koo ebbifamaa Mucaa kakuu farfasaa akkati keessa koo boqonnaa dhowee In jiruu Anii uuuuuuuuuuuffffiiiiakkumaa jaallatee yesusi koo jireenya keenyaa ✝️🛐🙏🏻
@Solomon438
@Solomon438 2 года назад
Waaqayyoo si haa eebbisuu
@dawitdajane2789
@dawitdajane2789 3 года назад
Uuuuuuuuuuuuffffffffffeeeeeee goftaan sihaa ebbissuu
@kitesadejene979
@kitesadejene979 3 года назад
Tamee:::🎶🎼🎧🎧🎧🎤🎧🎧🎸🎸::::God bless you!!!!!!
@darartumakura6612
@darartumakura6612 3 года назад
God bless ebifaamii😭😭😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@geramufogi7211
@geramufogi7211 Год назад
waqayyo si haa`ebisu
@Allinone-ne6ey
@Allinone-ne6ey 2 года назад
በጣም ደስያሚል መዝሙር ነዉ ተባረኩ
@almewako6613
@almewako6613 3 года назад
Uuuffff farfannas kan keessi koo kan itti boqatuudha dacha eebbifamaa😭😭😭😭😭
@WandeeMargaa12
@WandeeMargaa12 17 дней назад
maaliifan boo'aa maaloo yeroon faaruu kana dhaggeeffadhu😢😢😢
@bekamengistu2159
@bekamengistu2159 2 года назад
Eebbifami Tame, Farffanna Bayyee NAMATTI Toluudha,
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 3 года назад
Ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen ameen galanii fi ulfinii kana ketii waqaayoo ko ulfadhuu motii araraa ❤️❤️❤️ waqaayoo dacha dabalee aynaa isa sifii haa bayisuu ebifamaa
@moottiidhaba618
@moottiidhaba618 Год назад
Ammeen Ammeen Ammeen Ammeen ebbifammii nama kakuu
@hawwiineemucaayesuus6264
@hawwiineemucaayesuus6264 3 года назад
Ameeeeeeeeeeeen ebbifamii goftaakoo barakee haa eebbisuu haadhookoo 😍 👍, 💚❤💚❤💚
@eyasu7797
@eyasu7797 3 года назад
Waaqayyo isin haa eebbisu! jabaadha!!
@henokkebede9779
@henokkebede9779 3 года назад
Waaqayyoo bara jireenyake ha eebbisu
@rebornchannel88
@rebornchannel88 3 года назад
Lamii koo ebifamaaa. Bayee baat baredhanii
@ifeeamboo927
@ifeeamboo927 3 года назад
Uuuuuufffffffeeeeee Yesus koo Ameeeeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Ameeeeeeeeeeeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏 Ebbifamaa Ebbifamaa Ebbifamaa ijoolee waaqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 3 года назад
Farfannaa halaan keessa namaa raasu Ebbifami dachaa
@monamolunash8205
@monamolunash8205 3 года назад
Uuuuuuffffffffeeeeee Halelluyyaa ameen Ameen 🙏ameen 💖Ebifami ebifami ebifami ebifami ebifami
@alemitudandena8453
@alemitudandena8453 2 года назад
Abbaa.ijii koo.garaa.kee.ilalaa.Amne🤲♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏💜💜💜💜⛪
@sifanwallaggaa3803
@sifanwallaggaa3803 3 года назад
Eebbifamaa mee uuuuuuuuuuuuufffffffeeeee 😢😢😭😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔
@adanechakawak3868
@adanechakawak3868 3 года назад
Sii bukkee jiraa gooftakoo gargarisikoo uuufee thas very ture .
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 3 года назад
Amen amen amen elelelelelelel eyesus geta abaa koo 🙏🙏🙏🙏❤❤❤
@jcfhgujbg5518
@jcfhgujbg5518 3 года назад
Uuuuuuufffffey Ameeeeen Ameeeeen Ebifama Farfanna baayee jallaadhudha
@mercybest1240
@mercybest1240 3 года назад
Waaqayyoo bara kee haa eebbisuu ulffinasaa haa fuudhatu
@seenaakeebekii8175
@seenaakeebekii8175 3 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuufffffffffffffff farfana kana qufuu hin dandenyee garuu waagga bay'een dhagefadhee
@mergitudereje6500
@mergitudereje6500 3 года назад
Uuuuuuf farfana bayyeen jaalladhu Eebbifami Ameeeeeeeeeeeeeeeeeen
@wasaneasafaa865
@wasaneasafaa865 3 года назад
Ammmeni ammmmeni ammmeni ebifam dachaa dachaa uuuufffeeee iiiiillllliiilll📚📚💓💓💓💓📚💓💓
@bakkalcabariiofficial7588
@bakkalcabariiofficial7588 3 года назад
Bayyee bayyeen ittiin ebbifamee maloo maloo bayyee
@gadiseagaofficial3923
@gadiseagaofficial3923 3 года назад
Uffee waqaayyo isiin haa ebbisuu!!!
@sileshitolesa4245
@sileshitolesa4245 3 года назад
Yaaddoo koon sitti obbaafadha!
@teressakebede3266
@teressakebede3266 3 года назад
Eebba isaa isniif haa baay'isuu galatooma.
@kokeettesfaa9624
@kokeettesfaa9624 3 года назад
Ebiifaamaa dachaa ❤️❤️❤️enyunaan bekaa kaan biraa sii harkaa nyadhee bareraa akkaa jalaateee naa godhii harkaa kee irraa ttii of gateraaa ufffeeeee goftaakooo
@negasodinka7687
@negasodinka7687 3 года назад
bayyee namatti tolaa ebbifamii ayyani isaa sirrattii dachaa haa dabaluuuuuu tamiyyeeeeeeee
@regasafaji3954
@regasafaji3954 3 года назад
Ayyaanni waaqayyoo siif haa bayyatu baayee , baayee farsaa namatti tolu dha
@kasechyesusabakoti4460
@kasechyesusabakoti4460 2 года назад
Waqayyo guuda dha Uuuuuuffffffeeeeee 😭😭😭😭😭📖👈
@sifani8590
@sifani8590 Год назад
Ammeeeeeeen ammeeeeeen Eebbifama♥️♥️
@goleejetayembo2757
@goleejetayembo2757 Год назад
God bless you
@metihinsometi283
@metihinsometi283 3 года назад
Enyuunan beka kan birra siharkaa nyaadhee barrera aka jallatte nagodhi... ufff Ameeeen🙏🙏🤲
@koomaardiroosaa9356
@koomaardiroosaa9356 3 года назад
Wow bay'ee gaara Nama qabaneessaa waqayyoo si ha ebbisuu
@tjkiti9423
@tjkiti9423 Год назад
God bless you guys
@teshaletsedeke9809
@teshaletsedeke9809 3 года назад
Keessakoo gammadaa yeroon dhageefadhu. Farfannaa gaariidha
@asterguta
@asterguta Год назад
AmeeeenAmeeenAmeeenAmeeen,😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@alemdiriba2504
@alemdiriba2504 3 года назад
Uuuuufffffffeeyyyii Ameen Abba koo ijji koo gara kee lala❤️❤️ Farsan bayyee jalladhudha guddaa ebbifamii 🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎶🎶🎶🎶🎶
@hinsesutaresa2090
@hinsesutaresa2090 3 года назад
ebbifamii temekoo goftaan ayyanaa kanaarra siif haa baayisuu
@yadatadinbasha3871
@yadatadinbasha3871 3 года назад
Waaaaaaaw eebbifami Tame baay'ee namatti tola, baay'ee nama boqochiisas!!
@ayantujesus5633
@ayantujesus5633 3 года назад
Ameeeeeen Ameeeeeen ijjii koo gara kee ilaala yomillee 😭🤲🤲🤲🙏
@gallanigallani6065
@gallanigallani6065 3 года назад
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen uuiiiffiii haleeyaaa bayyee jqladhaa
@mariamgetachew7882
@mariamgetachew7882 2 года назад
Amen amen God bless you and your family stay blessed and safe
@ashetugetachew9322
@ashetugetachew9322 2 года назад
Kooky we was w to
@hawigebeyehu6554
@hawigebeyehu6554 3 года назад
Kotumee hiika nuuf kenni GBU
@waktolalamesa9475
@waktolalamesa9475 3 года назад
ameeeeeeeeeeeeeeeeen!!!!! sanyiin keessan eebba caalutti haa darbu!!!!!! umurii nuuf dheeradhaa!!!
@chalioromo246
@chalioromo246 3 года назад
Ameen wqyoo si haa eebbisu
@chaltuasefa5774
@chaltuasefa5774 Год назад
Eebbiifama
@meserettariku9392
@meserettariku9392 2 года назад
Amen Amen 😭😭🙏🤲🙌🙏🙏 Amen Ebifami Aba koo iji koo Garakee iLal
@tadesselejisa7809
@tadesselejisa7809 3 года назад
Uffeekaa Yesuusko Eenyuunan beekaa kan biraa Si harkaa nyaadhee bareera
@midayecimdesajesusislord8539
@midayecimdesajesusislord8539 3 года назад
Uuuuuufee kaa yesusii koo maalii kaanii akaa kee jiraa moo😭😭😭😭😭😭😭
@maranathayesusindhufa6788
@maranathayesusindhufa6788 2 года назад
Uuuuuuuuuuuuuu 😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏abbaa koo sidha michun koo ebbifami tamasgen bayen si jalladhaa malo warri audio issa qabddan naf ergga jalala gofttan ebbifamaa waqayyoo isn ya ebbisuu
@absdefal3826
@absdefal3826 3 года назад
Uuuuuuf na boqochiseemiii uuuuuf ameeen
@tibon5025
@tibon5025 3 года назад
Amazing and very blessing song!!
@almjabisa3474
@almjabisa3474 2 года назад
Uuuuuffffffeeeeee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeeen Ebbifamaa ebbifama
@jfj2799
@jfj2799 3 года назад
God bless you 🙏🙏🙏💞💓💗💖
Далее
YOSEF OFKALA: TULLUU TOLOOTAA
8:08
Просмотров 409 тыс.
TEMESGEN ALEMAYEHU: YOMMUUN YAADU ANI
6:27
Просмотров 47 тыс.
ОБЗОР ПОДАРКОВ 🎁 | WICSUR #shorts
00:55
Abbaa Koo iji Koo gara Kee Ilaala😭
9:38
Просмотров 54 тыс.
Obsi yaa lubbuu Koo!
6:11
Просмотров 35 тыс.
TOKKO HAA TAANU : SOLOMON ALEMU
7:17
Просмотров 1 млн
Baacaa Bayyanaa: Hin Darbe 2006 VCD
44:28
Просмотров 166 тыс.
December 27, 2023
39:30
Просмотров 11 тыс.
TAAMMANY MULUNEE | NEW LIVE WORSHIP | JCP BAND
44:52
Просмотров 345 тыс.
Abba koo ijji koo gara kee ilaala.
8:22
Просмотров 44 тыс.