Тёмный

UUMAA KO : DIDA EMANA (KETORAN) 

KANENUS GRAPHICS
Подписаться 39 тыс.
Просмотров 25 тыс.
50% 1

Title : Uumaa kooo
singer : Dida Emana (Ketoran)
Produced By Kanenus Graphics
camera & Editing Samuel Girma
Lyrics
_
✝✞✟✝✞✟✝✞✟✝
Tolakee Fannoo gubbaa
Isat Waayeekoof goote
Ani Akkamittan baasa
Jechoonni naan ibsani
Dafqa gaara golgootaa
Sanat garaa na raasa
Humnakoo Siif Wareegee
Baran qabu jiruu
Kan keetiifan fiiga
Atiyyuu naaf gooteetta
Olmaa darbaa anis
Kankee Maan cigaa
Narraa qabda oolmaa danuu
Harka guddisakee hin ganu
Sin jaaladha Bara hundumaa
Abbaa koo naaf taate dhuguma
Abbaakoo naaf taate dhugumaa×3
Waan hunda naaf taate dhugumaa
Yeroo hundaa kan na mararu
Garaakoo kan na moogessu
Jaalalakee fannoorrati
Yoon rafe abjuun nan raffisu
Guyyaas si'iin waamaa oolee
Itti fufee otoon bulee
Na mararta sin jaaladha
Waanta baay'een si'iin oole
Godaannisa ta'ee isa ati
anaaf gootetu fuula koo adeema
Boqonnaa na dhoowweetu
ganamas galgalas natti yaadatama
Seelonni qaama koo
kan gubbaaf gajjallaa
jirus walitti hasaasee
Kunoo akkas siin jedha ulfaadhu uumaakoo situ gatii koo baase×2
Ulfaadhu yesuus koo situ gatii koo basee.
Yaadannoo gurguddaa kanan himee hin fixne
keessaa kootii qabda
oolmaan kee baayyaate narratti Danoome
ta'e narra guddaa
Ani amma humna kootti na gahee hin waakkadhu galatakee hin yarsu
Yoon hundumaa dhiisee cal jedhee taa'ellee Isa kan kee hin dhoksu
Iyyeesuus ati naaf adda
oolmaa hin dhumne narraa qabda
🎶🎶🙏

Опубликовано:

 

16 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 132   
@Akeekeetchannel
@Akeekeetchannel 6 дней назад
Wow eebbifami 🙏🙏❤️💕💖💖💞💞💕💞💞 hamaan qabee karaa sin dhaabiin maqaa yesuusiin darbii deemi miillikee haa fagaatu💯✔️
@GemechuBedasa-t6i
@GemechuBedasa-t6i Месяц назад
Guddaa tokko waqayyoo siin haa eebbisuu .waqayyoo gaafa farfannaa siif keennee sagalee waliin siif keennee .qaxalee koo jabaadhuu.❤❤❤❤
@MaraanaataYesuus
@MaraanaataYesuus День назад
Ameeeen Ameeeen Ameeeen wqyo sihaa eebbisu
@kenna9737
@kenna9737 11 дней назад
Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ❤❤❤❤❤ebbifami dacha 🎉🎉🎉🎉
@GemechuTesfaye-xw5bn
@GemechuTesfaye-xw5bn 26 дней назад
Ani waanan siin jedhu hin qabu Waaqayyo si haa eebbisuu malee ...dhaggeeffadhee quufuun dadhabe❤❤❤❤❤❤
@amertitokeamertitoke
@amertitokeamertitoke 27 дней назад
Uuuuffff waaqayyo si haa eebbisu dhugaadha dhaggeeffadhee quufuun dadhabe
@YosefWayesa
@YosefWayesa 2 дня назад
Dhugaa eebbbfamii nama waqayyoo ❤️❤️❤️💙💙💚💚💙💙💙💙♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 Ameeeeeeeeeeeeeen 🥰🥰😍💗
@KennaaKoo-tu3iy
@KennaaKoo-tu3iy 10 дней назад
😢madaa koo fayisee farfannan kuni ebbifamii ❤😢uuuufff ayyanomi dachaa
@sheberaZerihun
@sheberaZerihun 28 дней назад
Wow congratulations BG waqayyoo ittiin sii ga.e
@MasuAbe
@MasuAbe Месяц назад
Ammeeeen ammeeeen Ammeeeen uuuuuuffffff ebbifami dachaa❤❤❤🙏🙏
@elinethiopia1023
@elinethiopia1023 Месяц назад
dhaggeeffadheen quufuu dadhabe dhugaa uuuffeee eebbifami mee dhugaa
@Haile-Yadesa
@Haile-Yadesa 29 дней назад
Ketookoo eebbifami faarfannaa ittiin eebbifamaa jirrudha
@TigistuLamesa
@TigistuLamesa 15 дней назад
Wwwa dhugaa nattole ebbifam guddaa
@Jito-t1c
@Jito-t1c 22 дня назад
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebbifamii ❤❤🙏🙏
@birhanutesfaye9530
@birhanutesfaye9530 17 дней назад
Baay'ee namatti tolaa eebbifamii
@dabalezode3702
@dabalezode3702 21 день назад
Wowow ebbifami dacha dachaaaaaaaaaaa❤❤❤❤❤❤
@برينينونو
@برينينونو Месяц назад
Wwwwww qaalii keenyaa barii kee ha ebbifamuuuuuuu❤❤❤❤❤❤
@George7kiya.
@George7kiya. Месяц назад
Maaluman godhaa laata mucaa qimamii kana🙆‍♂️Eebbifamaako🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰baroonnike haa lalisani!
@XuseenderowCabdille
@XuseenderowCabdille 2 дня назад
Amen amen amen amen amen amen
@negesaofficial5702
@negesaofficial5702 27 дней назад
Waaqayyo bara kee haa eebbisu Faarfannaa dhaggeeffadhee quufuu dadhabeedha.
@tegstkumalo-yh3rg
@tegstkumalo-yh3rg Месяц назад
ከዚ መዝሙር ፍቅር ተይዣለሁ ጌታን 😥😥🥰🙏
@bakilefayisa2531
@bakilefayisa2531 Месяц назад
Wow ebbifamtetaa jabbadhuu ❤❤😢😢🎉🎉🎉
@lalisad30
@lalisad30 24 дня назад
Eeebbifami ayyaanni siif haa baay'atu ❤❤❤🎉🎉🎉
@martiiketihordofaa8176
@martiiketihordofaa8176 26 дней назад
Ebiifaamii ❤❤🎉🎉
@SaleySaley-l4d
@SaleySaley-l4d 16 дней назад
Ameeeen ameeeen ebbifami dachaa ❤❤❤❤
@AsheTesfa-bf6fg
@AsheTesfa-bf6fg 20 дней назад
❤❤❤❤❤❤ Ameeen eebifamii keto
@wakotube9845
@wakotube9845 Месяц назад
Woo qaalii koo jabaadhu
@yadesashiriofficial1379
@yadesashiriofficial1379 Месяц назад
Guddadhu obboleessa koo ayyaanni guddaan sirra jira.
@ketorantube1824
@ketorantube1824 Месяц назад
Yaadoo koo❤
@GeremaKetema
@GeremaKetema Месяц назад
Quufuun dadhabe dhugaa waaqayyo barakee haa eebbisu bro❤
@ketorantube1824
@ketorantube1824 Месяц назад
Saamii koo naaf jiraadhu ati dhuguma nama jabaadha❤
@kanenusgraphics
@kanenusgraphics Месяц назад
Keto Naaf ulfaadhu eebbifami jabaadhu dhugaa
@ketorantube1824
@ketorantube1824 Месяц назад
@@kanenusgraphics Ameeen Sin jaaladha🙏
@MastewalMastewal-w2v
@MastewalMastewal-w2v 17 дней назад
Guddaa ebbifami dhugaa
@hirkisahirpa5857
@hirkisahirpa5857 29 дней назад
Uffee utuun dhaggeeffataa bulee...
@ZjnndshMery
@ZjnndshMery Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤ ebbifamii dachaa 🙏👏👏🙏❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@EliyasAmsalu-x6k
@EliyasAmsalu-x6k 14 дней назад
Waaqayyo si haa eebbisu
@Hayat-r6l
@Hayat-r6l Месяц назад
Ebbifamiii ketoo❤❤❤❤
@RuthAmante
@RuthAmante Месяц назад
Ebbifami qalikoo obbolessako waqayyoo ammayyu ayyana sif Haa dabaluu
@SolomonDufera-s6l
@SolomonDufera-s6l 9 дней назад
Ammeen ammeen ammeen ❤❤❤❤
@DHANGAAMEDIA
@DHANGAAMEDIA Месяц назад
Wow🥰 1st Commenter
@kanenusgraphics
@kanenusgraphics Месяц назад
Super Gidoko
@koketdebela7577
@koketdebela7577 Месяц назад
Wow best mezmur
@GulumaArarsa
@GulumaArarsa Месяц назад
Didaa eebbiffami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@elinethiopia1023
@elinethiopia1023 Месяц назад
Haleluya Ashuu dhugaadham ulfaadhu yesus bara baraan eebbifami dachaa maqaa yesusin Ayyaanni siif haa dabalamu farfannaa baay'ee garaa nama ciibsu🥰🥰
@kayofdiribsa7102
@kayofdiribsa7102 Месяц назад
suusii nama qabsiisa abbee, Eeebbifami malee
@AbarashAbdisa
@AbarashAbdisa 25 дней назад
ebbifamiii❤❤❤
@izone-q1z
@izone-q1z 8 дней назад
Ammeeeeeen
@AshebirGirma-yj3jy
@AshebirGirma-yj3jy Месяц назад
Woww amazing ❤❤❤
@WerkeAlemu
@WerkeAlemu Месяц назад
Eebifaama Eebifaama
@SamueelTashaalaa
@SamueelTashaalaa Месяц назад
Ebbiiffamii❤
@WandeeMargaa12
@WandeeMargaa12 11 дней назад
Mucaa kiilolee kana❤❤
@fayisanega1556
@fayisanega1556 Месяц назад
Ameeen Eebbifamii
@MarySike
@MarySike 26 дней назад
Eebbifami❤❤❤❤❤❤❤
@BonaTesfye
@BonaTesfye 6 дней назад
🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉
@TolineFufa
@TolineFufa Месяц назад
Dhaggeeffadhee quufuun dadhabee dhugaa eebbifamii
@DirreeGalataa
@DirreeGalataa Месяц назад
Jabaadhu jajjabee koo❤😂
@solomonasfaw1
@solomonasfaw1 Месяц назад
Amazing ❤❤ God bless you!
@Ililetube
@Ililetube 23 дня назад
Amezing wooow❤
@TsegayeTesfayeMinistry
@TsegayeTesfayeMinistry Месяц назад
Blessed Blessed so much God bless you forever
@TeruneshTadese
@TeruneshTadese 26 дней назад
Ebbifami ebbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💞💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜💜❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@WarqituCimdesa
@WarqituCimdesa Месяц назад
Eebbifamii 😢😢😢
@fenikasahun7656
@fenikasahun7656 27 дней назад
Ameen 🙏😢
@DevaFikadu-yl4wc
@DevaFikadu-yl4wc Месяц назад
Kanenus 🙏🙏🙏🙏🙏
@HewiGetachew
@HewiGetachew Месяц назад
God bless you🙌 my brother
@hordofatuli7141
@hordofatuli7141 Месяц назад
You are blessed
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 Месяц назад
Eebbiifamii Waaqayyoon sii haa eebbiisuu ❤
@AyaluRabuma
@AyaluRabuma 27 дней назад
Eebbifamii bara jireenya kee guutu baay'ee namati toloo dhugaa 🥰🥰🥰
@Konjo-tj2wm
@Konjo-tj2wm Месяц назад
Eebbifami waqayyo sihaa eebbisu ❤❤❤❤❤❤❤
@yaaftube5032
@yaaftube5032 Месяц назад
Kana faaruun dhugaa ❤❤❤❤
@JiddaTusa
@JiddaTusa Месяц назад
Abbaa koo...❤❤❤❤❤❤❤❤
@dawitnegera3279
@dawitnegera3279 Месяц назад
dhugaa dubbachuuf faarfannicha dhaggeeffadhee quufuu hin dandeenye, obboleessakoo waaqayyoo inni ayyaanasaa siif baay'ise haa kabajamu!!!!
@BeshiBeshi-x2s
@BeshiBeshi-x2s Месяц назад
Ebifamii gudaa hayanii kunii dacha dachan sii bayatuu biro koo❤❤❤❤❤
@user-jd9co5er9n
@user-jd9co5er9n Месяц назад
Yes amen amen ebbifamii❤
@useruseruser4931
@useruseruser4931 Месяц назад
Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ebbifamii Ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@firiIdosa-i5n
@firiIdosa-i5n Месяц назад
Jabaadhu bara baraan sin nuffisiisiin isa farfachuun❤
@halakoery1400
@halakoery1400 Месяц назад
Wwww Ebifaami jabaadhuu
@hirkisahirpa5857
@hirkisahirpa5857 29 дней назад
Akka lubbuu koottan jaalladhe.
@ElsabetFikire
@ElsabetFikire 4 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤
@chaatuudiribaa8361
@chaatuudiribaa8361 Месяц назад
Uuffee ebbifami dachaa 🙏🥰💞
@masiidha2380
@masiidha2380 Месяц назад
❤❤❤
@user-cx3ny3ci5i
@user-cx3ny3ci5i 4 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@GidumaDaksa
@GidumaDaksa 29 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@DevaFikadu-yl4wc
@DevaFikadu-yl4wc Месяц назад
Wow
@ebsaofficialtubes3301
@ebsaofficialtubes3301 Месяц назад
Akkasila namakoo❤Eebbifami
@SORESAWONDIMU
@SORESAWONDIMU Месяц назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉dhuuuugaaaaaaa k
@G2Pay544
@G2Pay544 Месяц назад
amazing powerful song! GOD bless U
@phishonentertainment4817
@phishonentertainment4817 Месяц назад
eebbifami keto sami best❤
@DHANGAAMEDIA
@DHANGAAMEDIA Месяц назад
Eebbifami
@ifargantech
@ifargantech Месяц назад
Qaaliikoo eebbifami!
@user-jh3cj3nj3v
@user-jh3cj3nj3v Месяц назад
Ebbiifammii kanumaani Caala ayyaannii waaqayyoo siif haa dabalamuu
@mergaaberaofficial9225
@mergaaberaofficial9225 Месяц назад
Eebbifama ❤
@DambaliiFaarfannaa1
@DambaliiFaarfannaa1 Месяц назад
Eebbifamikaa Ketookoo
@yonikoo
@yonikoo Месяц назад
Keto qaxalee namaa jabaadhu
@WandeeMargaa12
@WandeeMargaa12 Месяц назад
Eebbifamaakoo
@lotchel5416
@lotchel5416 6 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🙏🙏
@OroSmart
@OroSmart Месяц назад
Wowww Eebbifami nama ofii
@samuelayeleofficial
@samuelayeleofficial Месяц назад
Wow❤❤❤❤❤❤
@user-il7fp8uf5r
@user-il7fp8uf5r Месяц назад
Eebbifami keto
@singergabreguddisaofficial390
@singergabreguddisaofficial390 Месяц назад
wooww Nama jabaakoo
@user-jh3cj3nj3v
@user-jh3cj3nj3v Месяц назад
Keto ebbiifammii
@Saba-guddaa
@Saba-guddaa Месяц назад
woow
@Wako1amena
@Wako1amena Месяц назад
Baay'ee barreeda eebbifami@@@@
@GudetaGemechu-ke2fk
@GudetaGemechu-ke2fk Месяц назад
❤❤❤❤❤❤
Далее
UUMAA KOO |KETORAN IMANA(DIDHAA)
7:50
Просмотров 3,4 тыс.
DAWIT ALEMU : ULEE
7:56
Просмотров 87 тыс.
Prank Orchestra
00:10
Просмотров 1,1 млн
Добрая весть 😂
00:21
Просмотров 398 тыс.
SIMBOO : GEZAHEGN BELETE WORSHIP SONGS
11:48
Просмотров 2,6 тыс.
Ano hin dhiisu dorgommiko
9:05
Просмотров 4,2 тыс.
EMIKOLO GYA SUUNA BEN GYENGEDDE OMUKULU AKAKASIZZA
50:43
GUYYAA HAARAA: new gospel music video 2024
6:49
Просмотров 7 тыс.
HIRKOO MARSAA 2 FFAA - KUTAA  3 FFAA
28:11
Просмотров 182 тыс.
DAWIT GIRMA  : NAN GOCCA
6:50
Просмотров 154 тыс.