Тёмный

'Waggaa 7'f daandiirra jiraachaan ture,. amma nama 15'n qacareen hojjechiisa. Sabboonaa Bulloo 

Qaanqee Show
Подписаться 329 тыс.
Просмотров 50 тыс.
50% 1

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Развлечения

Опубликовано:

 

7 авг 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 211   
@MameJimma-up3lo
@MameJimma-up3lo 2 месяца назад
Habtamu lamu seenaan sabbonaan qabu seena hamile namatii horudhaa wan kana nuuf dhihessuu kettif gallattomi ❤❤🎉
@saidgishe636
@saidgishe636 2 месяца назад
Habtamu! Hedduu sitti gammaddeera!!Sabboonaa irraa waan hedduu baradheera!!
@user-zg4bf6zg6m
@user-zg4bf6zg6m 2 месяца назад
😢😢😢😢😢
@dursaabdo9815
@dursaabdo9815 3 месяца назад
sabbona sabaa ammale gara fulduratti iti fufi Rabbin sihaagargaru jabaadhu bro kiya
@michaelkutane236
@michaelkutane236 3 месяца назад
Baayyee gaarii dha .midiyaan kun baayyee waan nama gammachhiisu hojjeta .Jabaadhu.
@user-fw4ci5jh4c
@user-fw4ci5jh4c 2 месяца назад
Abjataan Namaa Abjuu isaatti Numa dhaqqaba, kana rakkoo tahe abju dhabeessaafi hoji tuffataadha male inni hamlee dheeraafi abdii Rabbii qabu numa milkaa'a Kanaaf guddina dhuunfaafi biyyaafis kallattimaan gara biznasii yaa Dargaggoo❤
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 3 месяца назад
Habtish ! Mucaa fakeenya garii akkasii dhiyeesuu keetif galatoomi. Dargagoon keenya kana irraaa barachuu gabuu.
@wendimurobaaga1986
@wendimurobaaga1986 3 месяца назад
jabaadhu kormee nama hojiin dhugumaa hin tufaatamu kortuun joortuudha jedhaa oromoon!!
@jafare6250
@jafare6250 2 месяца назад
mahshaalaa jabadhuuu rabbin sagrgaruu rabbin sifaii hadabbaluuu
@obsinetaragenye5180
@obsinetaragenye5180 2 месяца назад
❤ Habtamu Atilee galatomi! Jabadhu bakka yaade si haa ga'u rabbii
@user-ev5ih4fv6c
@user-ev5ih4fv6c 3 месяца назад
Obsaan annan goromsaa dhugaa jedhaa oromoon sabbonakoo baga a obsitee waqayoo bagaa sigargaree ammalee dacha dabaalii
@obsiiuleehaayuuti5781
@obsiiuleehaayuuti5781 2 месяца назад
Haabtaamuu baayee galatoomii ❤ Sabboona leenca nama 🦁
@user-by6xe3he2h
@user-by6xe3he2h 3 месяца назад
very happy end❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Hawii1657
@Hawii1657 Месяц назад
❤jaba namaa mashalaa tabaraakaalah sabonaa hanbtuu jirdhuu nuu fiduu ketif dhira malqaa dhala cisee nyatuu barumsaa tahuu❤
@MudaasirSearch
@MudaasirSearch 3 месяца назад
Mashaa allaa rabbiitii hirkatee jabatee yoo hojatee.raabiin sii milkessaa.rabbii kee kee.galetefadhuu🎉
@mdoman986
@mdoman986 3 месяца назад
Wowwww Wowwww Jajabadhaa hojii gaariidha fi Baruumsaa guddaa of keessaa qabu ....Woww Bagaa Waaqayyoo siin Gargaree dhugaa Namni Jabattee hojattee hin Milka.aa ❤❤❤❤❤
@Caaltuujamaal7
@Caaltuujamaal7 2 месяца назад
An nama hojjetutu bayyeen jaladhaa Dhugaa itti fufii🎉🎉
@algurabaae
@algurabaae 3 месяца назад
Dhugaa dubbachuuf hanga yoonaa namootaati dhiheessite hunda caalaa dargaggoo keenyaaf barnoota kan dabarsu seenaa mucaa kanaati! Seenaa mucaa kanaa namni dhagahe yoomuu abdii kutachuu hin qabu!!
@user-in2jh8kz8u
@user-in2jh8kz8u 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@siifenhooma5898
@siifenhooma5898 Месяц назад
Wow waan ajaayibati gobez jabaadhu ammalle❤
@arsiiasako
@arsiiasako 3 месяца назад
Masha allah tabarakalah rabbin sirra haa jalatuu jabadhuu garuu wagga meqaan boda jijirama akkana kana fide sabnis biyya kenati nii ulfataa garuu yoo dubiin kun hundii dhugaa tahee jabadhu nama heduu fakkenyaa tataa jabadhuu 37:15
@Abbaa_Daandii
@Abbaa_Daandii 3 месяца назад
Dhugumaan Sabboonaa jechuun nama akka kanaati. Ulfaadhu ati fakkeenya nama hedduuti yoo sirraa barataniif !!
@shunkiyabdulaa4971
@shunkiyabdulaa4971 Месяц назад
Mashaa allah ❤ishaa alah obsii rabituu si kanaa ilmo
@JuharaSharif
@JuharaSharif 3 месяца назад
Dhiraa jabaa dubaa dhalaa jabduutu jiraa yo jannu waamalee miti🎉🎉🎉❤❤❤
@ShelamaTola
@ShelamaTola 3 месяца назад
Bayee gariidha jabadhuu waqayyon siifana Haa jiratuu
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 месяца назад
Wwwoo baayee nama tola jabbadhuu koo👍👍👍
@gemechuabdo2723
@gemechuabdo2723 3 месяца назад
brave man... you teach us a good lesson; everybody should learn more about life from you and my great thanks for the Interviewer General Habtamu for visiting him.
@sofiyagenemo4433
@sofiyagenemo4433 3 месяца назад
Wow.Rakkon.qoromataa ilimaaNamatii GaruuNiiDarbaa.wow.Jabadhuu 👍🏾👍🏾👍🏾👏👏
@user-ql3ji7pw3x
@user-ql3ji7pw3x 3 месяца назад
Ajaa'iba dhugaa ❤
@kemeraminofficial6578
@kemeraminofficial6578 3 месяца назад
Baga milkooyte ammallee jabaadhu Jabaa namaa✍️✍️✍️✍️✍️
@MuktarAbdulgaffar
@MuktarAbdulgaffar 3 месяца назад
Maashaa allaa maashaa allaa ammas jabaadhu rabbiin siif haa dabalu❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤❤❤Uumaa Bulfadhuu Aagaa argii dhagahaa garuu Eegumsii jiruu Beekumsii kan waa jijjiiruu Yaannis waliin deemsis Beekumsii Eegumsaa Sabboonnaa Bullion welcome Yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Sabboonaa gori Bulfadhuu
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 3 месяца назад
Wwwowwo baaga Waaqayoo sigaargaree haadhooko ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-xu2cy4wz9e
@user-xu2cy4wz9e 2 месяца назад
Wow, seena hedduu bareedudha galatooma ❤
@biliselemmi
@biliselemmi Месяц назад
Wawoo baga Gammadde as gesse bro fakkenya namaa tata❤❤
@sabritemam4447
@sabritemam4447 3 месяца назад
Mashaa Allah hedduu namatti tola Rabbin dabalee siifa kennu
@binyamraba3136
@binyamraba3136 3 месяца назад
Duuti namaa gaafa abdii kutate dha. You def inspired me Sabboona. Ammallee milkaa’i
@dawitabera4230
@dawitabera4230 3 месяца назад
Rabbi ammas jijjiirama kanaa olii siif haa kennu
@user-bl6si9mj2i
@user-bl6si9mj2i 2 месяца назад
Waw dhugnaa abdii namatii horaa
@kiyaNegesa
@kiyaNegesa 2 месяца назад
Nama jabaadha ati
@kenaabdi9073
@kenaabdi9073 3 месяца назад
Muxxannoo jabaadha jabaadhu
@user-lo6gy5cc1e
@user-lo6gy5cc1e 2 месяца назад
Wow dura nan bo'e dhumnisaa bayyee nama bonsaa kanumaa calaa si haa gargaaruu Waaqayyoo jabba nama😍😍😍❤️❤️❤️
@amensisatamiru6069
@amensisatamiru6069 3 месяца назад
Enyuut si gingilchaa haftee
@user-qw4xj3cm9p
@user-qw4xj3cm9p 2 месяца назад
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa 👍👍👍
@MamushK-pf7it
@MamushK-pf7it 2 месяца назад
Dhugaa rabbii senaa waa bayee namaa barsidha❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤❤yaa Allah iznet Baga Rabbiin Si hi⁵ammaachiisee hubadhu Ministerrii Barnootaa Mootummaan biruma lafallee deebi'II fakkaataan ifaa Hawaasa eegaan =lafa
@Ffth-ki4dn
@Ffth-ki4dn 3 месяца назад
Mashaa Allah ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉 Mashaa Allah ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉Mashaa Allah ❤❤❤🎉🎉🎉🎉Mashaa Allah ❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 3 месяца назад
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa ❤❤❤
@safiyyaaoromo2686
@safiyyaaoromo2686 2 месяца назад
Anaan bro ko 😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 3 месяца назад
Jaabbdhuuu guuddaadhuu 😢❤
@BurukOro-jd6ju
@BurukOro-jd6ju 2 месяца назад
Rabbiin siif Ha Dabalu jabadhu
@fateahmed3049
@fateahmed3049 3 месяца назад
Masha Allah baga Rabbi sigarigare❤
@shime9317
@shime9317 3 месяца назад
Nama cimaa dha dhugaa...jabaadhu obbolleesso
@qeerrooentertainment482
@qeerrooentertainment482 3 месяца назад
Wawu baay'ee namatti tola dhugaa rabbii jabaadhu abdii kutuun yeroo kamu hin barbaachisuu fakkeenya gaarii namaaf ta'a
@user-sh6je7ko9n
@user-sh6je7ko9n 3 месяца назад
Jabadha hojii garidha ❤
@marimagudato5952
@marimagudato5952 3 месяца назад
Amazing history ❤❤❤❤❤❤thanks so much Qaneqa show ❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤❤❤Rabbiin ilmaan Gaggaarii gidduu keessaan haatiksuu MAASHAA'ALLAH JKL
@user-lk5zs4uk3r
@user-lk5zs4uk3r 2 месяца назад
Subanallah rabbiin malle kan bakattiiafiu jiru
@KiyaYomiyu
@KiyaYomiyu Месяц назад
Midiiyaan kun miidiiyaa seenaatii. Ta'uus qaba. Issiin cinaa jirra jabaadhaa. Garuu gaaffiin ni dandda'ama.
@user-pl7fw3he7g
@user-pl7fw3he7g 2 месяца назад
Wow wow sabonaa❤❤❤
@GhjgDhj
@GhjgDhj 2 месяца назад
Subhaan allaah yaa hojii rabbii 😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭
@Keneni-bf4mr
@Keneni-bf4mr 3 месяца назад
Kormee bro
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 2 месяца назад
Yaa namaa jiirenyaa iiraa abdii kutatuu😭😭😭😭😭 mucaa kunii fakenyaa gudaa iisnii haa tuu wlh rabii amalee sii haa gudiisuu kanaa caalaa
@AbdallaaAliyi
@AbdallaaAliyi 26 дней назад
Mashaa Alaha Mashaa Alaha
@Diredawaa-f6y
@Diredawaa-f6y 3 месяца назад
Dhugaa baayee natti toltan!!!🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@beshadachala292
@beshadachala292 2 месяца назад
Uuuuuuuuuuuffffffffffffff. Wayyoo. Namnii kessaa darbee garuu dhiraa jabadhuu jabaa nama❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Osoo Alaanaa Buufnee ykn Hin hafnee Nageenyii dursee kanaaf dhaamsi dhiisii deemii Santuu Seeraa
@user-qy4he8rq8n
@user-qy4he8rq8n 2 месяца назад
Akna lal namni jabete hojanan ni jijirama jabadhu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤❤Eegumsaa Warrii Alaabaa buuse sani warrii kabajaa Biyyaa arginee/ergin ardaa mariif
@user-fd6vr9eb5h
@user-fd6vr9eb5h 2 месяца назад
Alhamdulillaah Baga milkoofte
@eluskaatube9850
@eluskaatube9850 3 месяца назад
wow amazing
@MamudMieso-vk7sd
@MamudMieso-vk7sd 2 месяца назад
Wollaah bagumaa Rabbiin similkeesee bro Habtamu atis galtoom🙏
@misraali9676
@misraali9676 2 месяца назад
woooooow you are a mazing guy you start from zero 😢
@foziya-eo7sm
@foziya-eo7sm 3 месяца назад
Masha allah❤❤❤❤
@marimagudato5952
@marimagudato5952 3 месяца назад
Amazing history ❤❤❤❤mashallh ♥️ 👏
@morngflwor1860
@morngflwor1860 2 месяца назад
Bagaa waaqayoo si gaargaree haadhoo koo 🥺🥺🎉🎉🎉🎉
@danielp813
@danielp813 3 месяца назад
Inspiring show thanks Qaanqee Show ❤
@AbdulahiYonis-iv9gv
@AbdulahiYonis-iv9gv 2 месяца назад
maqaan kiya haasan usmaail ja,ama kaniin anjiru biyya ormaa djibouti waabaye sirraabaraneera ga jabaadhu
@gadaaboruu507
@gadaaboruu507 3 месяца назад
Masha Allah
@UmarBariso-tw7to
@UmarBariso-tw7to 2 месяца назад
Amazing history ❤❤ jabaadhu leenca namaa
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 2 месяца назад
Senna kee onnee tiyyaa naa dhugubsee attii dhugaa leeccaa enuunu calluu baggaa rabii si milkkesee rabii amasii abbaa qabenyaa oromoo jabaa rabii si haa godhuu barumsaa guddafi namaa abdi jirnyaa tanaa irraa kutatee abdii tii hotrtee jabaa sabaa 😢😢😢❤❤❤❤ haftamuu attisi galtomii wani bayee gari nufi fidee❤❤❤❤ zabbonaa gaa biyya arabatii dhufuu hudhaa si badhasaa atii jabadhaa😊😊😊❤❤❤
@stargallery2283
@stargallery2283 3 месяца назад
Wow baye namati tola❤❤
@Somayasmaya
@Somayasmaya 2 месяца назад
Maasha Allah Alek
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
Jabaadhuu Rabbiinsi haatiksuu injifannoo hawaasaa Marcato Marcato taatii
@demelashwendimu504
@demelashwendimu504 3 месяца назад
Wow it was nice story
@Seyfa432
@Seyfa432 3 месяца назад
Masha alha jabaadhu bro❤
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 Месяц назад
Wow ajibaa bagaa rabii sii garagaree
@halimaahmadgasara2411
@halimaahmadgasara2411 2 месяца назад
Allahmadulillaah akka rakkataniti hin hafani 😢
@beharubegna5374
@beharubegna5374 3 месяца назад
amazing amazing 1000 times
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 месяца назад
❤ Eegumsaa du'aayii jabaadhaa ammas Haadha teettuus Eegumsaa Eegumsaa ilaalii Garagaarsaa hin dagatiin Rabbiin si haa gammachisuu ❤❤❤ jabaadhuu
@tesfayegebeyehu2512
@tesfayegebeyehu2512 3 месяца назад
Wow❤❤
@tesfayegebeyehu2512
@tesfayegebeyehu2512 3 месяца назад
Wow jabadhu ❤❤
@jamiilaaaliyyii8605
@jamiilaaaliyyii8605 2 месяца назад
Ilmaan biyyaa tiyyaa baga Milkoofte ammasi rabbiin sif haa laafisuu ❤
@user-yj1hw5pj1l
@user-yj1hw5pj1l 3 месяца назад
Mashaa Allah❤❤❤❤❤
@birhanutolasa7062
@birhanutolasa7062 3 месяца назад
Marvelous!
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 3 месяца назад
MashaaAllaah ❤🥰
@ebbonwaaji5545
@ebbonwaaji5545 2 месяца назад
Jabaa dhiiraa jechuun kana kunoo Bakka kufetti kan hin hafne Tattafatee bakka kufetti kan hin hafne❤❤❤❤
@AbdulfetahAliyi
@AbdulfetahAliyi 3 месяца назад
Fakenyuma gari namaf ta'a akka abdi hin murranne ilmi nama jabadhu bro Kiya rabbi itti sif ha dabalu
@sarrashalin7541
@sarrashalin7541 3 месяца назад
Woow naamti tolaa❤❤❤❤
@user-yt5ud3pi4d
@user-yt5ud3pi4d 2 месяца назад
Ammallee rabbi siif haa dabalu ❤❤❤
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 3 месяца назад
Wow ❤❤
@rihimaahuseni5890
@rihimaahuseni5890 2 месяца назад
Woyii rakinii kunii wonii namaa gonee jiruu garuu obsoii bakaa gudaa namaa gesaa rakinii yeroo namaa juruu rokoo yeroo biraa darbanii senaa😭😭
@Moyi2023
@Moyi2023 2 месяца назад
Kuni barnoota guddaadha dhaloota bara keenyaaf. Yoomuu jireenyarraa akka Abdii hin kunne Abdii irraa kutachuudhaa qabna. Galatoomaa!
Далее
Jeeqaan jira_ Astemari Mokonon | New oromo comedy
13:39
ТЫ С ДРУГОМ В ДЕТСТВЕ😂#shorts
01:00
ТРУБОЧКА СКВОЗЬ НОС 😳
00:40
Просмотров 202 тыс.
#TOLAKEE /KETORAAN IMANA(DIDA)VOL 1 @2016#
7:37
Просмотров 13 тыс.
#актив
0:10
Просмотров 1,7 млн