Тёмный

Way yaa Jalala😭😭😭😭  

KAMILA TUBE
Подписаться 73 тыс.
Просмотров 28 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

18 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 408   
@MuneeraMuneera-tm6nh
@MuneeraMuneera-tm6nh 8 месяцев назад
Yaa oboletii koo rabbiin naamaa.rabbiin sodhatuu .kaan imana kaan jirenyaa kee guutuu siii gaammachisuu wollahii kaan gaadaa keetif gaamachuu kee kaan sii wojin qodatuu wolahii raabbiin siif keenuu kan duniyaa fii akiraati harka wol qabatanuu raabbiin waan gudhaa qaba aka naamaati miti😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢abshir oboletii koo rabbii jiraa🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@SaqibKhal-zs2ke
@SaqibKhal-zs2ke 8 месяцев назад
Amshir rabumatub jiraa rabin namaa uffi jalatu sif haa kenuu obolettii too😢😢
@AswrWbwhhw
@AswrWbwhhw 8 месяцев назад
❤❤❤❤ aminii aminii
@Haanichoo
@Haanichoo 8 месяцев назад
😢😢😢😢 yaa kamilaa Abshir walahii Muktartu sii cubisee isaa qofaa oson tayee nuutii dawatonii kesaa heduu rifanee gafa Abdataan sun qubee sitii kayatuu san hundafuu Abshir obsii ka Amaa
@user-en7mp5oi1q
@user-en7mp5oi1q 8 месяцев назад
Wly kamilan hin sobati namani dhugaan gaddee gadda koo ilaala hin jedhuu keesumati gubata male😅😅😅😅😂😂😂😂❤❤❤
@hayatisobotuu7113
@hayatisobotuu7113 8 месяцев назад
Dhugaa ketii
@JimmaAgarro
@JimmaAgarro 8 месяцев назад
Gadinis gamachun kan jera biridha in gurgurama😂😂😂😂
@Nolikoo733
@Nolikoo733 8 месяцев назад
kamilaa ❤anii isini jaladha garuu umataa kana fuduratii hin boini kesatuu waraa yamanii kanaa biratii tolee ❤❤❤❤❤❤❤❤
@SooretiiTube
@SooretiiTube 8 месяцев назад
Ani Kayon Qaba jate oso Atii Tesuu Jalala ke si Harkaa Fudhate mucatin baredun sunii Hudafuu Abshirr dubartonii Kayoo Kayoo jatanii Jalala kesan of Harka bafana Barumsa irh Fudhaa Shamaran Aba mana isii ti Hajin Kayoo Qabdii malee Kopa kayoo Qabduu Kanafu Kamilan Fakenya ha isin tatuu 😢😢😢
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 8 месяцев назад
Oboleetii tiiyaa akkana godhatii..rabbii ..wana uufii jalatee siifi hafiiduu Abshirii 😢😢😢😢😢😢😢
@orgyb9088
@orgyb9088 8 месяцев назад
Micaayyoo maaltu si bochiisaa kan si jaalatu yoo deeme kanuma si jaalatutuu dhufaa hin boyiin adaara rabbii rabbiin nama gaddaa kee gammaschisuu fi onnee casbdee sif fayyisuu sif haa kennu abshir masli akkana ta'un kun wan stti jabata r hundasa rabbii sif haa laafisuu☝️❤
@GgGg-ze9fr
@GgGg-ze9fr 8 месяцев назад
guyyatuu guyyaag bakkaa bu.a male namani namaf bakkaa hin bu.u nama jaltaan dhabuu jedhuun heduu ulftaa❤
@ayaanorotube631
@ayaanorotube631 8 месяцев назад
Abshriih Yaa kamilaa tiya Rabbii Obsaa siif haa kenaa Uktii 😢😢
@Maruu_Abdela_Arsittii
@Maruu_Abdela_Arsittii 8 месяцев назад
Kaayyoo qaba jette jaalala qoostee Jaalala Ati itti Boontee Caaltuun Bareedduun qaw si jalaa goote Maasha Allah amma haadha mucaa ta'uuf deemti🎉🎉❤❤❤Hireen Qooda Arriibiti Abshiir lafuu
@yasmindamsho5229
@yasmindamsho5229 8 месяцев назад
Hireen qoda rabbiti ammas isin yo muktar hinjalanne mirga isiti jalalti dirqin hintatu yo dhugaa fete muktar mal isatu jalatama rozanis numa didde muktar caltuhu dirqin fudhe hugga comment gotu egadhu jazba wahi gawwa
@Maruu_Abdela_Arsittii
@Maruu_Abdela_Arsittii 8 месяцев назад
@@yasmindamsho5229 Jazbummaan si moo narraa muldhata jira Hori muktaar maal isaattu jibbame
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 8 месяцев назад
Oboleyaan rabbii jedhaa hin kolfaan waallaahi anii gafaa ishiin abdataa irraa qalabatii fudhatuu tifanotaraa ofii walalee heduu ittii aree anii muktar fedhee kanafuu gorsaa mallee hin kolfaan hadararaa rabbii jalalii tunii sumidhaa anii hin kolfuu rabbiin kas isii qophesee dafee haa fidufii
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 8 месяцев назад
Dhuugaadhaa 😢😢😢😢😢😢😢the
@shgxbvx7545
@shgxbvx7545 8 месяцев назад
A bagumaa siraa hafee gowan kun duranuu jalalaa bekaa jaman k yee abshir hubii to ❤❤❤❤
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 8 месяцев назад
Abishirii damaa tiyaa inshalahaa Rabii jiraa 😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@makkiqashitoro2624
@makkiqashitoro2624 8 месяцев назад
Yaa kamilaa dhamasa obbolumma sif dhamma yero heddu kayyo qaba jete dhiraa hin didin kayyaa guddaa godhate kaa demtuu yoo abba mana gari godhatee wly .nuti dubartoni osoma bonnu yero kennaa gubannaa😢❤
@umuabdii539
@umuabdii539 8 месяцев назад
Yaa kamilaa tenyaa cubuu jalalaa ollee buli yo sii jedhaa ture san atii dhugaa senee gafaa muktar bochisa turtee san garii miti dawatonii kee sii abbara turaan gafaan san wly Rabii obsa sif ha kenu hundafu abshiurrr😢😢😢😢😢
@sofiawlok6612
@sofiawlok6612 8 месяцев назад
Hireen qoodaa Raabbii tii Obsii❤❤❤❤
@user-yk2dz5cl2l
@user-yk2dz5cl2l 7 месяцев назад
Amshir hireni qodaa rabbiti💔💔😭😭 guba jalalaa abama gubatetu bekkaa😭😭😭💔💔💔💔
@rahiimaajalalatuum520
@rahiimaajalalatuum520 8 месяцев назад
Maalumatuu addaan isiin basee anaà gafii naattii ta'ee uuuuu sanuu abdataan dafee nama biraa jaalatee hayii😢😢😢
@DarartuMbm
@DarartuMbm 8 месяцев назад
Dhugaadha moo😢
@Halangee
@Halangee 8 месяцев назад
Amashiir qaali hi ree qooda Rabitti Rabbiin keetti kan jedhi siif haa fidu InshaAllah bihaal
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 8 месяцев назад
Hireen qodaa rabbiit jalataan waaliin hin jiraataa kaanfuu rabbiin waanii siif tauu siif haa kennuu wly abshiir guyyaa tokkoo waaniit maruu taruu taa rabbiin waaliit issiin haa debissuu ishaa allaa 😢😢😢😢😢😢misikinaa tiyyaa
@ssassa4214
@ssassa4214 8 месяцев назад
Ama Siti dhagayamee Akuma dhofatetii amalee dhofadhuu umànii si arabsaa umànii qanyii qabuu dhofadhuu ya huktii to ♥️💞💞💞💞
@GgGg-ze9fr
@GgGg-ze9fr 8 месяцев назад
rabbiin kaa isa caluu sif basu dandah amashir
@mohamedelkayselkays9002
@mohamedelkayselkays9002 8 месяцев назад
Wly mutarii sii cubisee kamelaa😢😢😢😢😢
@Boontuu-ks1oj
@Boontuu-ks1oj 8 месяцев назад
Qarà dhugaani sii him kalannee osoo dhugaan sii jalatee yoo wonittii feedhe galee sirra addaa him bahu kana keekuu qabda yaa lubbu ufii namni dhugaan wolii jalatu akkanatti addaan hin bahu jalaluma keessantuu duranuu kani kijibaati allhali ati jabadhu Rabbii siif haa lafisu habibti.❤❤
@user-qw4xj3cm9p
@user-qw4xj3cm9p 8 месяцев назад
Ufi hin bootile Hin nyatile Mashaallaa phiraki keessan Nati fakata😂😂😂
@Samsung-kg5bt
@Samsung-kg5bt 8 месяцев назад
😂😂
@jggt1110
@jggt1110 8 месяцев назад
Kamila rabbi jedhi wahen kesan kun hedu nuh dhibe akuma gafa dura ful dure namati qalabati waliti kayatan sababa wal dhabbi tetif abdate nuf himi iniho aka nama marate gara kesa tani fiydiyo maran san dhuguma me soba toko male adan nuf basa 😢😢😢😢ani wani yeroo hunda gafi nati tahu akasuma dawatota kesan hudaf gafidha tun wari aka ko gafi isiniti tahe laik
@yaazidahmaddin2481
@yaazidahmaddin2481 8 месяцев назад
Anii yeroo atii muktaarin didee Abdataa wajin jallaala egaaltee saani sii arabsee dhifaamaa naa godhii Rabbii jedhii
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy 8 месяцев назад
Kamilayee amishir namni rabbii sii qodee kee adumaa jirraa guyyaa isaa egaataa malee
@miskuallii8105
@miskuallii8105 8 месяцев назад
Yaa rabbi ijolee tanaa walitii debisii
@yasmindamsho5229
@yasmindamsho5229 8 месяцев назад
Abshir sister rabbin ka si ol sijalatu sif hakennu rabbinu wan sif tahu bekha
@Boontuu-ks1oj
@Boontuu-ks1oj 8 месяцев назад
Amshrii habibti kamilaa Rabumaa tu jira ijaa namaa durati hin boyiin masoon namaa gamadii uffii irraa dhabadhu habibti.
@Caaltuu201
@Caaltuu201 8 месяцев назад
Yoo intalaa tatee kaa abdataa caluu herumii dammaa koo amala qabetii koo obsii amaa sii dhufaa 🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
@FatmaAli-mz9pc
@FatmaAli-mz9pc 8 месяцев назад
Obsii rabbii sifi jiraa
@mamaajman7526
@mamaajman7526 8 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢amshii damaa too
@makonurru5567
@makonurru5567 8 месяцев назад
Amshiraa habibti 😭😭😭😭😭💔💔
@daliilbaale6749
@daliilbaale6749 8 месяцев назад
😢😢😢 wallayii diramaa worra yamane kana qufne jira yoo dhugaa ta.e obsii oktii too jalallii tan ittin qosani miti nama argetu bekaa😢😢
@user-ct6ge9xq4d
@user-ct6ge9xq4d 8 месяцев назад
Wanii mukkatara gotee sifi debiyyee male wanii birraa mitii abishir😢😢
@abdiiTube
@abdiiTube 8 месяцев назад
Oboleetii tiya wly bayee nama gadisifta namlif Ani yaro duratif mutar rako qaba mo jacha turee garuu ama heduu adan bafadhee Ani gafi taka sif qaba ati jalala dhuga hin qabduu ilmo namsti hin xapatin please 🙏
@MKh-fn7lp
@MKh-fn7lp 8 месяцев назад
Abshir habibti😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@MakyaMakya-dn4he
@MakyaMakya-dn4he 8 месяцев назад
Kunotii abdatan simaa biraa jiraa😮😮😮 pirakimaa kesani dadhabne wlh hicii😊
@user-rm9te8kz7m
@user-rm9te8kz7m 8 месяцев назад
Obsii kamilaa to❤❤❤❤❤❤❤❤
@aishaoa2672
@aishaoa2672 7 месяцев назад
Abshirr qalli koo wann Rabbin ganamaa sii lalabbee hin dhabdduu❤❤❤
@xtrau4148
@xtrau4148 8 месяцев назад
Nama jalatan jiruun dhabun baay'ee ulfata garuu kamila tiyya hin gadiin rabbiin namni sun boruuf keyrii sin qabu sira qaba taha kanaf alhamdulillah jedhii keyrumafi hunduu rabbiin hiree si haa qajelchuu hin gadiin hadha takka jala 9tu jira way harmee te tahe miti adunyaa tanara ka nama miidhuu hadhaa qofa wlh badus toltus eybii fete osoo qabate ka sira hin fagane harmee te qofa kanaf uf hin dhipisin pls 😢❤
@IbrahimBurjikilicho
@IbrahimBurjikilicho 8 месяцев назад
Abshri malifi yadaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-hu7et7kv2g
@user-hu7et7kv2g 8 месяцев назад
Hiren qodaa rabii tii obsii egadhuu wan rabbii sii qodee😭😭
@OpopOpop-ng2dt
@OpopOpop-ng2dt 8 месяцев назад
Obsi haibiiti Abaadatan duranu maratadha yaa kamilaa teenyaa namitin ini dademun sin dulati amata 60 miti kakkati habiti galbi dhiiraf hin jilbiifati
@FozehFofo-xq8tb
@FozehFofo-xq8tb 8 месяцев назад
Gaddii siira hin deemin
@user-hp3eq4io7d
@user-hp3eq4io7d 8 месяцев назад
Abshira kamilaa tenyaa qalii 😢😢😢😢😢😢
@SooretiiTube
@SooretiiTube 8 месяцев назад
Obsii Hiren qoda Rabiti Rabin waliti sin ha debisuu 😢
@user-xg8kv1kv1d
@user-xg8kv1kv1d 8 месяцев назад
Kamila sababa malitin ada batan 💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@vibesandnights
@vibesandnights 8 месяцев назад
Kamilan akka hordoftu isiti kan hubadhu intala bayye gaari. Gara laaftuu. Intala jabdduu dha abshiir Rabbin waan ati yaadde olitti siif haa gootu yaada kee. 🫶
@Jamiila275
@Jamiila275 8 месяцев назад
Hojii ati hojjette hunduu amma sirraa deebii'e rabbiin na haa dhiisu yeroo Muktar boyyu sanii kolfaa turte yeroo amma si dhaqabdee🤔🤔🤔
@Arabia-x5i
@Arabia-x5i 8 месяцев назад
Ashirii qallii rabbin wolliti siin Haa debisuu ❤❤❤❤❤❤
@asiyaahuseenasiyaahuseen8774
@asiyaahuseenasiyaahuseen8774 8 месяцев назад
Abishir obboolleeti tiyaa qalii 😢
@sabjan6770
@sabjan6770 8 месяцев назад
Kalasi Atile Ama marate jecudha 😢
@NaaSqw-qu2tt
@NaaSqw-qu2tt 8 месяцев назад
Kaamila ati italaa kabajaa fi jalalaa ilmani oromo biraa qabduu kanafuu in bonii lubuu koo 😢😢😢ironing kanii rabitii
@idkniggz8153
@idkniggz8153 8 месяцев назад
Amshir hayati tiya yaa obeleyan tiya namni gana hire egattu waa Naman hiin jedhu uuff egata baresa😢😢😢😢
@SalmaZubsidi
@SalmaZubsidi 8 месяцев назад
Obsii kamilaa to qaali ❤❤amshir kan rabbi sif qodee dhabduu ❤❤
@GmelaGmela-k1s
@GmelaGmela-k1s 7 месяцев назад
Kamila tiyaa Amshir ❤❤
@SamSam-ys4ub
@SamSam-ys4ub 8 месяцев назад
አብሺሪ ለበጎ ነዉ
@shitoobaacaa755
@shitoobaacaa755 8 месяцев назад
Kunii sobaa obbolewwani waa ee Jaara yamanii kana dhugaa isaa soba waalee mee dhugaa takka isaa takka ishee mee akkami adda bafanaa mee nuuti gubanee isni waalini 😢😢😢😅😅😅😅
@ashuamano1468
@ashuamano1468 8 месяцев назад
Maali Akkan godhata Maali dhaabade dhiraa Haadha takka jalaa 9 oke kaana beeki
@ToofiqNagayoo
@ToofiqNagayoo 8 месяцев назад
Jabaadhu takkitti oromo obsi ni dabarti❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@امينةالحبشي
@امينةالحبشي 8 месяцев назад
Sitti bagaa gafaa video adaa banee adaa banee jetee worabduu lakii waan akanaa kanaa hin farisiin biriif jetee kijibaa hin bayisiin jenee sin dadhamnee malekaan waan abaan jedhee namaf katabdii😢
@AminaAmina-ss3kr
@AminaAmina-ss3kr 8 месяцев назад
Kamiilaa haabiibiti yoo dhugaama ta'ee wontii takkaatin si dhaamu gaddaa kee namatin agaarsiisin rabbiin malee yaa rabbii wan keeyrii na qabu nan miliisin jedhii kadhuu namni siti gammaadu hedduu wan ta'ee asiirati hin booyin anis mudaano akkaana keesaa taree wollaahi hedduu qalbiin na cabdee yeroo saniif garuu Alhaamduliilahi rabbii abbaa mana gariin na gammaachise boodara Abshiiiiiiiiir cinqii booda bal'dhoo jira
@Fafiiwallookamiisee
@Fafiiwallookamiisee 8 месяцев назад
Dhugaa jettee wallahii 😢😢😢
@Dunishamiyoodadar
@Dunishamiyoodadar 8 месяцев назад
dhugaa keti wly 😘😘😘
@ZenabZenab-zg2iu
@ZenabZenab-zg2iu 8 месяцев назад
Aamshir lubbu
@user-ep6lm3fk1j
@user-ep6lm3fk1j 8 месяцев назад
Waggaa darbee muktaariin bochiifte 😢😢 jassaan oltee hin bultu haradhaa siittuu boyyaa jira 😢😢
@Amina-gk9tt
@Amina-gk9tt 8 месяцев назад
Dhugaa dha oromoni Akii jetuu yoo makimatuu waani facafataani haamatanii miiree😂😂😂😂😂
@user-ep6lm3fk1j
@user-ep6lm3fk1j 8 месяцев назад
@@Amina-gk9tt saa
@ImatuHaqa
@ImatuHaqa 8 месяцев назад
Akkasiti jaza kee fuulan si dhaye rabbin booyi jabadhu 😂😂😂😂😂😂
@halema4468
@halema4468 8 месяцев назад
Attii gafaa mukutar gantee badee beqaa hamas obsiiga😢
@alimaadam1368
@alimaadam1368 8 месяцев назад
Essaatti garte akkaa isaa gantee Wollahi isheetu jalaatayyu inni video wojjiin maruf maalee bultif hin jalaane hin gafaanes feetu ijjoollee achii jirani kessani gafaadhu ykn isheemayyu gafaadhu ok
@SoretiiT
@SoretiiT 8 месяцев назад
Amshirii 😢
@AliAli-q6j9r
@AliAli-q6j9r 8 месяцев назад
Taha mukutar gotetuu sii galee bar aseyii😅😅😅😅
@Samira-y7j
@Samira-y7j 8 месяцев назад
Abshir habitii too qali ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@kadijjaanasirnasir5236
@kadijjaanasirnasir5236 8 месяцев назад
Abshir Miskinako Rabii sifi jira kko😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢
@sabontuuhirpo
@sabontuuhirpo 8 месяцев назад
Rakkoo tokkoo gafaa namaa mudaatuu woli obsaan foxachuu dhabbuu namaa midhaa hundaafuu hin 😢😢😢😢
@user-vj5xh4rn3i
@user-vj5xh4rn3i 7 месяцев назад
Jallaa mutarii bochisaa.... hadhaa situu boyaa namanii namaa bochisee boyuu isaa olluu yadadhuu wanni mutarii gotee
@user-kj6gx4gs5r
@user-kj6gx4gs5r 8 месяцев назад
Rabiin walitii sin hadebiisii
@hafiyaa4713
@hafiyaa4713 8 месяцев назад
abshi yaa kamilaa tiyyaa rabbii sifi jiraa
@mawardii835
@mawardii835 8 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢Abshiri obsii ma dhiifata Abdata
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg 8 месяцев назад
❤😂😂😂😂woyyo hadha koo kamilasi qabbe jalali saffu nama raffu gaffa duratu sii hime ani😂😂
@hassasa7229
@hassasa7229 8 месяцев назад
Kamilaa tenna video akkana siraa hin toluu atti dubartti ufii amanttu akka video kee lalaa turetti kanaf jajabema akka duraa saan ta’ii bulltti yoo ijaraatu dubarttin sirii lalachuun dirqama yoo hin tanee woraa akka yoo dhirii tokko maqa isaani dhahee fanaa galani achii ka’anii shakaa biraa dhaqani mataa zorsisani hin ta’iin marafu rabbi sihaa tissu oboletti tiya❤
@AmeenaQatar
@AmeenaQatar 8 месяцев назад
Amshir fayyaa qabannaan ati worqqidhaa hin gaddiin waan hundaa obsaan dabrsiii
@UmmuFaaris1234
@UmmuFaaris1234 8 месяцев назад
Oromootiiyya qaali ummata jaalamaatii nuuf taamee ❤❤
@adano8572
@adano8572 8 месяцев назад
Yaa kamelaa yadataa garuu jadidii manabaanin argee akaa isaan wal funee sin jedhee turee atii odo bektee daftee abadatatii erumtaa turee ati enyuu calataa malif akabadaa qoyii
@UmaarIsmaail-r2n
@UmaarIsmaail-r2n 8 месяцев назад
Cubun muktar dafter tuman si debited subahanahii 😢😢😢😢😢
@Musatariyaametamet
@Musatariyaametamet 8 месяцев назад
dhuuguma garuu ani dhuga natii,hiin fakatu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MuneeraMuneera-tm6nh
@MuneeraMuneera-tm6nh 8 месяцев назад
Yoo raabbiin hiree kessaan tokoo jedhee enuyuni addan isii hin haa baassuu inshallaa allaah waati.hundinu keeyirii dhumaa
@semaaismaeil609
@semaaismaeil609 8 месяцев назад
Abshirraa ruhaa❤❤❤❤😢😢😢
@AmiinaaAhmed-ix3co
@AmiinaaAhmed-ix3co 8 месяцев назад
Abshir qaalii obsii biyya ormaakeessaa jirta habibati❤❤❤❤❤❤
@asmaahusenethiopia9342
@asmaahusenethiopia9342 8 месяцев назад
Kamillaa gamachu nii taha jene yadde bene kaa iduniyyaa fi akera sii wajjin jiratu siif haa kenu Rabii😢❤
@mekoaman-rg8jt
@mekoaman-rg8jt 8 месяцев назад
Amshiri amshiri. Kamelaa😢😢😢😢😢😢😢😢
@nadiyaayubii5403
@nadiyaayubii5403 8 месяцев назад
Ashiir
@jamilahkasoh3013
@jamilahkasoh3013 8 месяцев назад
Kimilaa rabbii jedhii midiyaa irratii hin booyii namni siiti kolaa
@intalaworrakush5670
@intalaworrakush5670 8 месяцев назад
Uuf garaa na nyaatte rabbi sirraa hafuudhu dhirri bofa ofin miidhin baay'ee salaati astokfara baayisi abshir haga jaallattu kanaa olitti fuyyaati isa jibitutu dhufa wollahi yeroo xiqqoo qofaaf obsi of gad hin baasin kamila koo ❤😢
@user-xg8kv1kv1d
@user-xg8kv1kv1d 8 месяцев назад
Nama jalatu dhifte namaa biraa jalachuf onen siti hin dhiftu 😢kan jaalate of kesaa basuf amataa toko ol nama fixaa akasiti nama hunda jibe wan dhiraa jedhamte hunda jibe marachuf kaee rabi na base walahi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ama atis akuma kiya san tata jedhen yada garuu ati jabdhudha kana chala rabi si ha jabesu habibti ❤❤❤❤sin jaladha
@HavaHava-mi6cs
@HavaHava-mi6cs 4 месяца назад
0:29 😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@aishakayo286
@aishakayo286 8 месяцев назад
Kaameraa nulee garaa nuu balesa jirataa barii
@nesiraabafita3030
@nesiraabafita3030 8 месяцев назад
Subamaa,dhuggadhaa
@sanyiijawwarii6752
@sanyiijawwarii6752 8 месяцев назад
Abshiir qalii tiyaa ❤❤❤💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭
@misraamuhammad8802
@misraamuhammad8802 8 месяцев назад
Ayii jaalala 😢 jazaan Amma olte hin bultu kamiyee wly yeroo muktar dhiifte abdataa jaalate san sitti are ture isa sicubise jechuuf jaalalti fala gooftati kanaafu yaa kaamila dhiiraf bishaan garuma jallisan deemani Abshiir rabbiin ka ofii jaalate siif haa kennu haadho to 😢😢
@JannaAbrahim
@JannaAbrahim 8 месяцев назад
Yaa,kaamila, abdataa, arrasii,wallounma,jiraa
@mariamohammed7205
@mariamohammed7205 8 месяцев назад
Abshiir lubbuu tooo❤❤❤❤❤😢😢
Далее
FILO PART 123
31:35
Просмотров 266 тыс.
У НАС ДОМА ЗАВЕЛАСЬ КРЫСА 🐀
01:00
Inside Out 2: BABY JOY VS SHIN SONIC
00:19
Просмотров 4,6 млн
Abbaa Shittoo waa Hedduun Dhabe Jira @Maya Show 2023
41:32