Тёмный

Wayyoo Waan Ajaa’ibaa dhaggeeffadhaa kunoo ilmaan Oromoo 

United Oromia
Подписаться 370 тыс.
Просмотров 35 тыс.
50% 1

Fedhii malee Osoo Nuti hin beekin Beeraawiin Geessanii jiraachuu ragaan arganeera dhaggeeffadhaa

Развлечения

Опубликовано:

 

28 июл 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 63   
@taybahijazi7282
@taybahijazi7282 2 года назад
Yaa allah ☝️😭 yaa rabbi ☝️🤲🤲 abaarsaa hagami gayuutti jiraa baraa kana maalumaa kun yaa rabbi ☝️🤲😭😭😭😭😭
@oftahanwaltahan2425
@oftahanwaltahan2425 3 года назад
Warra ofjalaa badaaniitu duula kana bobba'a malee warreen akka namaatti yaadan duula kana hin dhaqan. Yoo mataa qabaatan Eenyuuf duuleetiin eenyuuf du'ee of gaafachuutuu isaan irra Jira. Akkuma isaan itti yaadantu ana rakkise...yoom irraa eegalte Mootummaan kun ummataaf yaaduu. Keessaafuu ummata oromootiif, Mootummaan biyya sana bulchan kamuu ummata keessaa ummata oromootiif wanti isaan godhan ummata oromoo cunqursuu,hacuucuu,ukkaamsuu ,saamuu,duguuguufi gochaa suukanneessaa ilma namaa mitii bineensaafuu hin hawwamne irratti raawwachuurra darbee;yoo gochaaleen kunniin gaarrii ykn tola namaaf ooluu taate kana wanni isaan oromoof Godhan. Gabroomfataafii Abbaa irreetirraa tola maal irraa eeggatan? >jedhu oromoon jedhe falmataan roorroo. Hayyoota ofii hordofuun dirqama. Haala yeroo tiifi haala biyyitti irra jirtu hordofuun barbaachisaadha. Madda odeeffannoo quba qabaachuun, Miidiyaalee hordofuun nama kamiiyyuu irra jiraata. Bara teeknoolojiin babaldhate kanatti,keessaafuu dhaloonni qubee dila kana gowwoomfamuun xiqqeenya. Dhugaa dubbachuuf hedduu nama gadisiisa. Wayyoo wayyoo!!!!!!!!!!😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 😭😭😭😭😭😭😭😭.
@user-jg7ni7qs7f
@user-jg7ni7qs7f 3 года назад
Way carraaa Umta kenya Yarrabbi Nuuf dirmadhu Rahmata keenuuf gidhi nidandeyssaa😭😭😭😭😭😭😭
@haayatiarsiimunesaahaayati2434
@haayatiarsiimunesaahaayati2434 3 года назад
Bagaa nagaah dhuftaan United oromia akaasumaalee qaaqaliiwwaan abdii sabaa jabaadhaa jajaabeewwaan keenaa galaatomaa galaanii kessaan Bilisummaa haa ta,uu inshaallaah Uuuuuuuuffffff yaa rabbii atii nuuf birmaadhuu ☝️😭😭😭😭😭😭😭
@emmaboshiha8506
@emmaboshiha8506 3 года назад
Raabbiin bilixiginaa bilixiginaa bilixiginaa bilixiginaa bilixiginaabilixiginaa bilixiginaa bilixiginaabilixiginaa bilixiginaa bilixiginaabilixiginaa raabbiin isini haa salaphisuu abiyooti kaassayee ilmaa milikkii yaa raabbiin nurra kasiii
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 года назад
Hadaraa ijolletana akka kana yoo dhufaan ijolleee kuni oppdiyoo ni nyattii garuu mucas sana faha akka of egaan
@AsAs-ys4ns
@AsAs-ys4ns 3 года назад
Luubu Keessan Raabiin issin haa barararu ilmaan oromoo diriqin issan fidani fixani
@umukhaalidtube3520
@umukhaalidtube3520 3 года назад
Namichii oromoo balleessuuf karorfaatee
@khadijafafo3952
@khadijafafo3952 3 года назад
Uuuuuuuuuuffffffff yaa raabbii ilmaan oromooti birmadhuu😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️☝️☝️
@maakkaawalis4342
@maakkaawalis4342 3 года назад
Malumaa nufii wayaaa Yaa rabbiii 😭😭😭
@sadiyaa256
@sadiyaa256 3 года назад
Yaa woraa kommeenti maa kolfituu kuni waan nama kofolchiisuu mitti😢😢
@khadeejakhadi5391
@khadeejakhadi5391 3 года назад
Uuuuuuf yaa rabbii atii nufi biramadhu mee 😭😭😭😭😭😢😢
@sabethiopian4657
@sabethiopian4657 3 года назад
አየ አቡሽ የድሀ ልጆች ምንም ማያቁ የጥይትና የመድፍ ማብረጃ እያረጋቸዉ ነዉ በጣም ያሳዝናል።።።።
@mereimmohammed6125
@mereimmohammed6125 3 года назад
Ammaa Kuni jiruudha yaa oromoo way carraa oromoo
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 3 года назад
Woyoo gudii Ananyatuu 😭❤️😭
@jazileabdalaa2482
@jazileabdalaa2482 Год назад
Shaaboo
@user-dx6zo4xd9m
@user-dx6zo4xd9m 3 года назад
Bay'ee namaa gadisisaa wolahi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@oyhhjjj
@oyhhjjj 3 года назад
Namichi Oromo Ethiopia keesa duguguufi karorifate jiraa
@waltejitola3337
@waltejitola3337 3 года назад
Goorii hin qabduu hundisheeyyuu ormaaf dhabbatte qabsofte dhumtee kanaaf oromo bira seenas kabajas...hin qabduu kuni
@zagbaman9169
@zagbaman9169 3 года назад
Amana miishaa biillisginaa Uumaattee Malee Rabbii jettee Ykn haaqafi Akka daabanuu Walii naa gaaffichisuu
@bestebeste9432
@bestebeste9432 3 года назад
😭😭😭😭
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 года назад
Wonti kun Akkaa yaada kiyyaatti Qeeroo fi Qarreen Oromiyaa dhumtee Oromiyaan qullaa akka haftuufif fedhani dalagaan malee osoo hin barsiisin Diina afootti naquun waan biraa hin ibsuu Dachii qoollaa goodhu barbaadan Oromoo dhumaatii dideefi jira woyyoo Ana haa nyaatuu lammii too
@Unitedoromia
@Unitedoromia 3 года назад
Yaada gaaridha galatoomi
@sitinasitina2096
@sitinasitina2096 3 года назад
😭😭😭😭😭
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 года назад
Oromoo horiidha dhugaadha duruuma maa bosonatti hin banne
@magalearsihaha1670
@magalearsihaha1670 3 года назад
Kkk
@alhamduliilaa6758
@alhamduliilaa6758 3 года назад
Hello wellecom
@OROOfficial11
@OROOfficial11 3 года назад
Akkami
@abassabagaro7031
@abassabagaro7031 3 года назад
bayee bayee tokkoo galatoma ya sabotota kenya nujiradha yomile
@sofiyahabib8434
@sofiyahabib8434 3 года назад
Madaanalamii;Ani hin Dhukaasne🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂
@nurigofore3949
@nurigofore3949 3 года назад
Abboo pooliooni oromiyaa tunin horimatu deema osoo gara Adaa bilisumma deemu tura riisti nafaxanyoota deemisu deeman
@zulfamuktar4333
@zulfamuktar4333 3 года назад
አሁን እየሰሉጠኑነው ይሄ ስልጠና መሆኑነው Very funny 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@nurigofore3949
@nurigofore3949 3 года назад
Maali ummni kara hin cuufuu booicha qofa tahe hireen keena
@ejersawaddeesa8560
@ejersawaddeesa8560 3 года назад
Motuman...isin..ajesaa...manakesanitii...higalinaa
@mmha7193
@mmha7193 3 года назад
Kolfan mucuqu
@zaaraaamaadii652
@zaaraaamaadii652 3 года назад
Kkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣
@mayiramaabduljabarabduljab767
@mayiramaabduljabarabduljab767 3 года назад
Wel came
@OROOfficial11
@OROOfficial11 3 года назад
Mati nuf tahaa
@mayiramaabduljabarabduljab767
@mayiramaabduljabarabduljab767 3 года назад
@@OROOfficial11 tolee
@hindyboru3669
@hindyboru3669 3 года назад
Opdon, diina Oromoo tii;akheekhnu opdo dhaa Oromoo fixuuf karoorftte!!!
@eventhink3253
@eventhink3253 3 года назад
Misikiinaa
@michugamachu5726
@michugamachu5726 3 года назад
😂😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣
@jamilaahmed2623
@jamilaahmed2623 3 года назад
Kkkkk gudii qabdan hojii keessan nyaadha osoo juntaa mooyatee ka tokkoffaa suyyuda godhuuf taayyee shimee abiyyi bilstiginnaan hundi isaaniit
@shaataadoolar1835
@shaataadoolar1835 3 года назад
cidhati kan isin oofan seetanii
@OROOfficial11
@OROOfficial11 3 года назад
Mati naf tahaa
@ejersawaddeesa8560
@ejersawaddeesa8560 3 года назад
Warasani..yogalan...motuman...niajesa.......sanifuu....humata..oromotiifii...qabisahuu..qaban.......obotii...dabalamu...qaban
@aberalachisa9319
@aberalachisa9319 3 года назад
Ijoollee gowwaa! umuriishiitu gahe. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂
@ejersawaddeesa8560
@ejersawaddeesa8560 3 года назад
Waboo...ti...dabalamu...qaban
@khadijafafo3952
@khadijafafo3952 3 года назад
Kkkkkkkkkk biirri boochisani kkkkkkkkkkkkk
@barechabayisa5776
@barechabayisa5776 3 года назад
warraa dhaala oromoo lafa irraa fixuudhaaf deemu kan nuraa dhowwaa
@bontujimma6015
@bontujimma6015 3 года назад
What is the point any ways??
@aberalachisa9319
@aberalachisa9319 3 года назад
Silayyuu gowwaan of hinbeekne ofiifis nufis hintaatu deemtee haadhumtu.umuriishiitu gahe. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂😂😂
@keebeekadaamaaadaamaa4335
@keebeekadaamaaadaamaa4335 3 года назад
Yooyyaa Guyyoo keenyaaf Abraham keenya.Gallata qabdu abbarsa qabna moo yaasaba koo hirreen teenya maaf akkana tatti
@OROOfficial11
@OROOfficial11 3 года назад
Mati nuf tahaa
@nasridiin2718
@nasridiin2718 3 года назад
Yaa rabbii ilman hiyyeessa tanaf biirmadhuuu yaa allaaaaaa😭😭😭😭☝️
@mohamedhussein1342
@mohamedhussein1342 3 года назад
oromo gowota qabdi lon
@OROOfficial11
@OROOfficial11 3 года назад
Mati nuf tahaa
@emmaboshiha8506
@emmaboshiha8506 3 года назад
Guuyyo raabbiin Umuri teesssan raabbiin isini haa milkeesuu raabbiin Yeroo gabduu keessaati bilisumaa isini haa milkeesuu raabbiin Yeroo gabduu keessaati
@diboraidosa6974
@diboraidosa6974 3 года назад
Baayee gaariidha humni kun leenji,e gara biyaati deebi,u qaba
@zulfamuktar4333
@zulfamuktar4333 3 года назад
አይ ኦሮሞ የአማራ ፓሊተከኞች ነገር እያወክህ ኦሮምያለይ ሰፍረው የኛ ነው እንደሚሉ እያወክ የነፍጠኛን ወሬ ሰምተህ ለነፍጠኛ አንድ ነፍሰህን ማፈርያ ።
@user-px5yg2is5m
@user-px5yg2is5m 3 года назад
አይ አንቺ ከአማራ ካለፉ ኦረሞንም እንደሚያጠፉ አይጠረጠርም ተናግረዋል እነሡ አማራ አላሣልፍ ሲላቸዉ ነዉ አማራላይ ጦርነት የከፈቱት ቤተመንግስት ነዉ የምንገባዉ እያሉ የያዝንዉን አትፈትሹ እያሉ ሥንት ጊዜ ሠዉ ተገደለ አማራ ሢቀጥል አድሥ አበባዉስጥ 300የነሱ ደጋፊወች ተይዘዋል የተማረኩት ትግሬወች ሢናገሩ ሢያሣድጉን ሢያሠለጥኑን አድስ አበባ ከሔድን የበታች እንደሚያደርጉን እንደሚገሉን ይነግሩናል በቴለቭዥን ያሥተላልፋሉ ለዛም እኛ በዉሥጣችን ከባድ ጥላቻ ነበረ ብለዋል እነሱ ማንንም አይለቁ ሲቀጥል አማራ የማንንም እርስት የኔ ነዉ ብሎአያቅም ለምን ይዋሻል ኦረሚያክልል አማራ ይኖራል በብዛት የኔ ነዉ ብሎ ማንን አስለቀቀ ከለፋበት ገንዘብ በቀር አማራ ተበታትኖ ነዉ የሚኖረዉ ግን ማንንም አስለቅቆ አያቅም ትግሬ የሚለዉን እየሠማችሁ አትመኑ ዉሸትነዉ ሲቀጥል ኦረሞ የዘመተዉ ሽመልስ አብድሳ ስለላካቸዉነዉ ለራሱ ብሎ ነፍጠኛን ሰበርንዉ ሢል ነበር ወለጋ አማራ ሢታረድ አሁን እሱንም እንደማይለቁት ስላወቀ ጭራሽ ያለዉን እረስቶ ጎንደር ሔዶ ኮርስ ወሥዶ ተመለሰ መግለጫሠጠ ማንም ለአማራ ብሎ አይደለም ኦረሞኮ አማራን ለማጥፋት ገና ሲፀነስ ያሠበ እንዳሠበ ይሞታል እናቃለን አጠፋለሁሢሉ መጥፋት ስላለ እያወሩ መሞት ሆነባቸዉ አንችም ይሕ አይጠፋሽም እኛ አማራወች በክልላችን ኦረሞ ትግሬ አማራ ሆነን ተዋደን ነዉ የምንኖረዉ ማንንም አንጎዳ
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 3 года назад
Jiruu ppppp 🤑😂😂😂
Далее
ЭТОТ ПЕНЁК ИЗ PLANTS VS ZOMBIES - ИМБА!
00:48
Woboodhaaf dhaamsa Ariifachiisaa Dabarsaa biraan gahaa
14:47
Turtii Addaa G/A/O ABO-WBO Waliin
1:31:16
Просмотров 23 тыс.
Good job hero. #shorts #fyp
0:20
Просмотров 55 млн