Тёмный

Xiyyeeffannaa Barbaada 

Suad Muktar Official
Подписаться 35 тыс.
Просмотров 16 тыс.
50% 1

#SuadMuktar #Motivation #MamaAfrica

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 162   
@HamzaSheikhJabir
@HamzaSheikhJabir 3 года назад
masha allah wallaahi I appreciate you 🙏
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kotuu me atis mati naf ta'iisif godhi
@Rediademtube
@Rediademtube 3 года назад
Thanks Suad❤
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kotuu me atis mati naf ta'uu
@fatematub6721
@fatematub6721 2 года назад
@@MameTb mattii naf ta'iime
@fatematub6721
@fatematub6721 2 года назад
Redi mattii naf ta'iime
@jameelajuneydi6603
@jameelajuneydi6603 3 года назад
wallaahi biyeetutiyyaa waahedduu sirraa barachuu fedha Rabbii umarii sihaadheeressuu qaaliitiyyaa
@faridaharun4054
@faridaharun4054 3 года назад
Mashaa Allah Abbo jiraadhu Suad teenya qaalii Nama itti fuufa JZKL
@anawarshaamil5119
@anawarshaamil5119 3 года назад
Mashaa Allah jzh keeyran suad teenya well be
@fandisheadam8417
@fandisheadam8417 3 года назад
Garii
@MalkaMilkiOfficial
@MalkaMilkiOfficial 3 года назад
Jabduu teenya jzkl Fayyaadayi gorsakhe mi’awaa nurraa addaan akka hin faheesine hadaraa Galatoomi 🙏🏽
@raabiiabdallaa2943
@raabiiabdallaa2943 3 года назад
Masha Allah Rabbi umrii si ha dheressuu
@aliimahammad8021
@aliimahammad8021 3 года назад
Wallah Haasa'aa kee yeroo hunda ilaale Quufun dadhabe💚❤💚😍👌
@biliseetube4167
@biliseetube4167 3 года назад
Gaalatomi sanyii koo umurii nuffii jiraadhuu ❤💚❤🙏
@abduselam2758
@abduselam2758 3 года назад
Galatomi saud yaada gaarii nuuf dhiheesu keetiif. Ammas akanumati itti nuuf fufi. 😍🥰
@livewithsuzie6697
@livewithsuzie6697 3 года назад
Mashaa Allah Mashaa Allah mom tenyaa Bekkumsii kee amaas darran haa dabaluu👏👏❣️❣️❣️💯💯🌺🌺
@ganootube7855
@ganootube7855 3 года назад
Dhugaa ketii❤❤
@aliimahammad8021
@aliimahammad8021 3 года назад
Baay'ee Namattii tola Barumsi kee Osoo irra deddeebi'ee ilaalun ........... 💚❤💚😍😍👌👍👍👍
@ibraahimbakar5870
@ibraahimbakar5870 2 года назад
Maashaa Alaa gorsii kee bayee natii tole rabbii umrii sii haa dberesu jabdhu itii fufi 💕💕👍👍
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 9 месяцев назад
❤❤❤ Yaadii argii tilmaama dhiisii deemii hanggaa gaafa beellii hojirraa si dhaabuuttii qabsoo mul'ataaa
@dangashealiyi6
@dangashealiyi6 3 года назад
jabadhu jabduu teenyaa galatomii baredaa tiyaa waa hedduu takkaa sirraa barchaa jiraa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@samiraabdaturabbii7121
@samiraabdaturabbii7121 3 года назад
Mashaallaa hayyuu Oromoo Jabadhu damma tiyyaa uuuuuuphaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤
@MunaFaris9
@MunaFaris9 3 года назад
Masha Allah bayyee galatomii bareduu kenyaa 🥰❤👍
@shamzeeeco2984
@shamzeeeco2984 3 года назад
OMG niin dinqisifadhe gorsa kee baatii jaha keessattiin harka bitaatiin barreessuu danda'uun qaba jedhee barreessee jira. Akkuma mammaaksa oromoo ''Haanni deddeebi'ii keessa dhagaa mura'' jedhamu wanni akka abjuutti sammuu kee keessa qabdu itti hijjatte taanaan ni dhugooma. Baay'ee baay'ee GALATOOMI jabaadhu ammallee RABBI beekkumsa kee siif haa dabaluu. Ummata keetiif waan guddaa qoodaa jirta LIKE (#maamaaAfrica)
@zeeyinabazeyinabbintii5520
@zeeyinabazeyinabbintii5520 2 года назад
Mashaa Allah mashaa Allah dhageefdhee qufuu dadhabee wolyi bareedu tiyyaa ❤️❤️❤️👍
@muhammedmnur7365
@muhammedmnur7365 3 года назад
Jabaadhu Rabbiin Umrii ke nuuf haa dheeressu❣
@fuadshow7745
@fuadshow7745 3 года назад
Mashaa allah mashaa allah thanks great guddaa nuf galaatoomi haadha teenyaa
@komlaoroeth7609
@komlaoroeth7609 6 месяцев назад
Masha Allah! Sister. If I had watched this video before, my retirement😙😉, I would have benefited even more. Keep it up!
@firstfirst6221
@firstfirst6221 3 года назад
Wow 😍
@muredadamina9367
@muredadamina9367 3 года назад
mashaa allha sis #Gaallatomii🙏😍
@rozaatajawar2433
@rozaatajawar2433 3 года назад
Masha Allah sada ani udaa si hordofhu jamaree jiaa 10 Gahee gafaa duraa si argu Rorsaa Tuba Irati si hordofhu turee dhugaa ain jijirama gudaa fidee jiraa Galatea rabbi urgaa video tee laluu jalqabee jijiramaa yeroo hundaa si hordofah gafaa Baga yadu gahee yo rabii jedhee si badhasaa Saban Isa wan hedhu sira baradhee wan tahefi nuu jiradhu 😍😘😘
@fenatiwazir8300
@fenatiwazir8300 3 года назад
Galatoomi wan ofii 😍
@MiskiAbbanga
@MiskiAbbanga 11 месяцев назад
Maashaa Allah tabaarakallaah❤❤
@romialiyi1215
@romialiyi1215 3 года назад
Mashaa aallah obleeti tiyaa qaalii baga ngyn nuf dhuftee. Qashtii tenyaa .rabbiin umurii tee nuf haa dheresuu
@ManoMona-vq8yy
@ManoMona-vq8yy Месяц назад
Rabi amale bekumsa sifi haa dabalu qali koo❤❤❤❤
@ManoMona-vq8yy
@ManoMona-vq8yy Месяц назад
Masha Allhaa hidu gorsa kera baradhe waa baye baradhe❤❤❤
@rosehusain1519
@rosehusain1519 3 года назад
Maaaaash Alllaah Walahayi baromasaa gudaaa isin irraa fudhanee
@ranaahmed8155
@ranaahmed8155 3 года назад
Jabaadhu habibti itti fufii rabbi nama daandii qajeela irratti hojjetu nun haa goodhu
@gelannassim2113
@gelannassim2113 3 года назад
Woowwwww lenjistu addunya mama afrika tenya nuf jiradhu hori buli
@ademabdiabdihmed2404
@ademabdiabdihmed2404 2 года назад
Mashallah rabbiisirahjaltu
@alimahmod3036
@alimahmod3036 3 года назад
Maaashaallh taabarkaalhaa nufii jiradhu❤❤❤💓💓💓💓
@hawwiinkoojannata5143
@hawwiinkoojannata5143 3 года назад
masha allah masha allah masha allah jzk galatoomii garuu gafii qaba ? ijoollee biyya arbaa hojanee galee wan hojanu walalee yeroo oliifii gadii figinuu ofii harka finee lamata sadaffii biyya ormati dedebina umurii Kenya finaa mee wan tokko nun jedhii habibtii 🥰🥰🥰🥰🥰
@mahbubaagaroo4699
@mahbubaagaroo4699 3 года назад
Mashaallah bay'ee namati toltaa
@samirattube3913
@samirattube3913 3 года назад
Proud of you #mamaAfrica
@semiramuhe3827
@semiramuhe3827 3 года назад
Mashalla!! Baye garidha jebadu
@asmakelifa4751
@asmakelifa4751 3 года назад
Masha Allah hedduu takka gltoomi nuuf jiraadhu nama meeqa hirriibaa kaasutti jirtaa
@sulxanoroahmed9496
@sulxanoroahmed9496 2 года назад
Mashaa Allah Mashaa Allah
@kadirmartuofficial1787
@kadirmartuofficial1787 3 года назад
Woow thanks sister so good advice
@keriyadegefa5178
@keriyadegefa5178 3 года назад
Mashaa Allah tabarakallah nuf jiradhuu
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kotuu me atis mati naf ta'uu
@user-jq3jb8ts2o
@user-jq3jb8ts2o 2 года назад
Galatommii jabadha rabiihini umurihi hadhereressuu mashala 💖💖💖💖💖💖💖💋❤️💪🌹
@yazidiksir7467
@yazidiksir7467 3 года назад
Oooh wooow 😲
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx Месяц назад
Nu haa milkessu miliqeti rabbin ❤
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 2 месяца назад
❤ suad muktar ani amumati muldhani kiyya amma haa muldhatu osoo hin tane garu namota walin muldhachu barbadu sanin wajjin wal muldhisu barbadeti turinsi wagga rakko hin qabu wanti guddan yaada keenya wal jijjire yaada sanirati amantumadhan hojjachudha iftominan yaadan wali galudha ifaa tiyya ati
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 2 месяца назад
Suad muktar ifaa tiyya sin jaaladha hanga dhumati jaalala tenya fagenyi hin dangessu lubbu tiyya ati tiyya ana amanii ❤
@miftahnegash
@miftahnegash 3 года назад
Hojii gaariidha jabaadhu ❤️❤️❤️
@feyruzayaassin3072
@feyruzayaassin3072 3 года назад
So inspiring and motivational speech! Thank you so much Suad
@wadayelamo8291
@wadayelamo8291 2 года назад
Mashaallah ija hammaa rabbii siraa haa qabuu
@samrijamal1211
@samrijamal1211 2 года назад
Nuuf jabadhu
@nasubinthusen1990
@nasubinthusen1990 2 года назад
mashaa Allha barisftuu kenya jabadhuu habibiti
@user-es9hc7ms4l
@user-es9hc7ms4l 22 дня назад
MaashaAllah Galatomii ❤️❤️❤️🙏 jabduu kenyaa
@kedirhassen8449
@kedirhassen8449 3 года назад
Baay'ee galaatoomii Sagantaa bareeddudha Hedduu barsiiftuudha Rabbi si haa gargaaru
@maryamtube9962
@maryamtube9962 3 года назад
Mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla mashaa alla
@Ahmed-MD.12
@Ahmed-MD.12 11 месяцев назад
Maasha allaah Hedduu Galatoomi ❤❤🙏🙏
@keyrattube9249
@keyrattube9249 3 года назад
Mashaa allah tani akka teeti nufii haa bayisuu. i miss you👍❤❤
@mayazainu9038
@mayazainu9038 3 года назад
Mashaa Allah
@ademesmael3498
@ademesmael3498 2 года назад
Mashallah thnank you I Appreciate you Suad teenyaa,
@teamjawar3241
@teamjawar3241 3 года назад
Jabaadhu hedduu nu boonsitaa💪
@gutukemal6024
@gutukemal6024 3 года назад
Tashekur edarim(Thanks )
@saadamuktar8442
@saadamuktar8442 2 года назад
Mashaallah baayee baredaa 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Ahmed-MD.12
@Ahmed-MD.12 11 месяцев назад
Maasha allaah hedduu nuuf galatoomii ❤❤💚🙏
@samrijamal1211
@samrijamal1211 2 года назад
MashaAllh
@mohammednurleramo1837
@mohammednurleramo1837 3 года назад
I love you Saudi.
@sabontu1170
@sabontu1170 Год назад
Heddu sira fayyadame wan na dhibe video kee irra laladha rabbii umrii nuf si haa dheresu
@markazulansar3593
@markazulansar3593 3 года назад
Maashaalla maashaalla sister jabadhuu
@Comedy3183
@Comedy3183 3 года назад
Masha Allah qashti tenya ijaarra haafii
@fousiyanasar161
@fousiyanasar161 3 года назад
Maashaa aalhaa baga Naga dhufte obboleti kiyya qali rabbiin umrii kee nuuf haa dheresu
@miftatub1688
@miftatub1688 3 года назад
ما شاء الله الله يزيدك
@zeynebtube7494
@zeynebtube7494 3 года назад
Jzh keyraan jzaa
@misiramohamad4256
@misiramohamad4256 2 года назад
Zoom jedhan sanii lejii umataa kena nufii kenii sinii jaladha wani heduu hubadee jira galatomii😍
@user-pb3id1ww1b
@user-pb3id1ww1b 3 года назад
Thank you Mami, we are waiting for you in Amharic
@aliifahmed557
@aliifahmed557 3 года назад
MashaaAllah Bareeduu Teenya qaalifi gaariii Kabajamtufi jaalatamtu Namaa Barnoota Akkaan bareeda kan Akka nyaataa madalawa Sammuu teenyaf nuf kennite fayyaadahi. Silaa tan Akka teeti tana bar..oso lafa jiraate tanuma ifiti qalani. anyway I'm proud of you.
@abduusalaam484
@abduusalaam484 3 года назад
ጀባዱ ማሻ አላህ
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 3 месяца назад
Obsa ana barsifte mul'anii kiyya kan matiti keenya fii kan biyyatii wantii hin dandahamne hin jiru galatomii ❤
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 3 года назад
Maashaa Allaah galatoomi Dr suad
@ajbbbadriyaabaalee8679
@ajbbbadriyaabaalee8679 3 года назад
mashaallh💕
@ararsaaman1098
@ararsaaman1098 2 года назад
M.allah heddu gari
@ddetydgyui9985
@ddetydgyui9985 3 года назад
Maashaalaa ❤
@hitechhitech7697
@hitechhitech7697 3 года назад
Sanyii koo jabadhuu barumusaa bayee dabarasitaa
@yasaraibaarsilijifive5338
@yasaraibaarsilijifive5338 3 года назад
😍
@fayinecamada5853
@fayinecamada5853 3 года назад
Nuf jirdhu wsn ofitoo my sestuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅
@samrijamal1211
@samrijamal1211 2 года назад
Thank you Suad tiiyaa
@mihaamihaa4584
@mihaamihaa4584 3 года назад
Galtomi suad hayyuti Oromoo.
@abdigursum9262
@abdigursum9262 3 года назад
Abshir galatoomi jabaadhu
@hayatald1000
@hayatald1000 Год назад
Yes 🥰🥰🥰🥰🥰
@NaimaaAminoo
@NaimaaAminoo 4 месяца назад
Habibiati umrii SI ha dhereedsu
@ummuyahyainshaallah9382
@ummuyahyainshaallah9382 3 года назад
Mashaa Allaah gorsaa baredaa kan fidee esaa turtee suad❤
@ayoubkedir
@ayoubkedir 2 года назад
Proud of you Sui😍
@mememe6957Daraa
@mememe6957Daraa 8 месяцев назад
❤❤❤❤
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Positive think👍👍
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 3 года назад
Jabaduu tenna Qaalii Jzk barumsii kee baay'ee namatii tollaa jabaadhuu sanyii too
@mikelast1146
@mikelast1146 3 года назад
Anii wasijaladhufii ilmaa. Siiiiii
@fatematub6721
@fatematub6721 Год назад
So thenk you very much
@mansuryasin2082
@mansuryasin2082 3 года назад
masha allaha bayyee galatomi suad mukter
@TamaamTubee
@TamaamTubee 3 года назад
Barnooni Kee Baay'ee Nama Gammachiisa Galatoomi!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 9 месяцев назад
❤❤❤Aswrwb Beekumsii Eegumsaa xiyyeeffannaan Minister fayyaa mul'ata xiiqii ciqileen minister eegumsaa Dhoksaa ijjis waraanaaf gurruma wawrwb yaagammachuu Barsiisummaa Barsiisummaa koottuu dhufee yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi eegimsi xiyyeeffannaan gara citycenter
@magarsaamagarsaa774
@magarsaamagarsaa774 2 года назад
As wr wb Mashaa Allah galatomii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 года назад
Harkiis leenjirraa waraana leenjii Onneen Dhibee defense
@aiesh1236
@aiesh1236 4 дня назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Далее
Naamusa
30:55
Просмотров 12 тыс.
Masluufummaa
12:32
Просмотров 19 тыс.
ПРИКОЛЫ НАД БРАТОМ #shorts
00:23
Просмотров 2,8 млн
Laptop bituun dura maal beekuu qabna? Afaan Oromo
31:42
If Hifannoon Maali?
12:36
Просмотров 44 тыс.
Why I don’t wear makeup online anymore…
30:57
Просмотров 8 тыс.
Osoo  waggaa 30 hin guunne maal gochuu qabda !
18:52
Просмотров 29 тыс.
📵  If Qindeessitee akkamiin jiraachuu dandeessa
27:31
Hiriyaa Kee Waliin Akka Maleeti   Addaan Baatee jirtaa
11:25