Тёмный

Yaasiini Waajiin Malif Adaan Bane Jolee Tiyaa Dhisee Malifiin Biiraa Demee 😭😭💔Gafii Teysaan 

ummu kanus
Подписаться 116 тыс.
Просмотров 112 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

4 мар 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 1,9 тыс.   
@ummukanus
@ummukanus 4 месяца назад
Subscribe godhaf 👇👇 ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-uFNTHxk2x8k.htmlsi=4ebS5wsMAlb6ouNm
@hamziyatube
@hamziyatube 4 месяца назад
Ok
@user-dy9zx5oo7g
@user-dy9zx5oo7g 4 месяца назад
Ok
@AsiaKsa-zp1kx
@AsiaKsa-zp1kx 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢
@FalmataaAbdurahaman
@FalmataaAbdurahaman 4 месяца назад
Ok
@FalmataaAbdurahaman
@FalmataaAbdurahaman 4 месяца назад
𝐄𝐲𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐚 𝐬𝐚𝐚 𝐚𝐭𝐢???
@zeynutube6727
@zeynutube6727 4 месяца назад
Namoni akka kiyaa Umi kanis jaltaan lik godhaf 😢
@MesiOro-dt8np
@MesiOro-dt8np 4 месяца назад
Maati naaf tai lubbuu
@Birizdanti
@Birizdanti 4 месяца назад
Wallaahi namni rabbi laaffiseef gargaaraa joollee tana ani osoon dandahee wallaahi nan gargaara ❤
@Faxumaa-nd4jc
@Faxumaa-nd4jc 4 месяца назад
Aahh wayii ya mustariyaa wallaahi hedduu garaa nanyaatte imimmaan haga video ke kana lale fixu guutu suma wajjiin boyaa ture rabbii daddafatti ilmaan ketifi yassiin ketin walitti sihaa debisu yadaf muraada ketis rabbiin sif hagutu abshir ukti tiyya qaalii ❤
@fatiyafatiya7003
@fatiyafatiya7003 4 месяца назад
Rabbiin yeroo gababaa kessatti yaddaaf muraada kee siif guttee woliti issan haa debbisu lubbuu tiyyaa Abshiir ❤❤😢😢😢😢😢❤❤❤
@fatiyafatiya7003
@fatiyafatiya7003 4 месяца назад
Wallahi video kaan lalee imiman qabachuu daadhaee Osoo akka yadda namati namanii wol jalatuu tokkoo adda hin bahuu garuu maal gadhaan ree dirqama jirnyatti 😭😭😭💚💚💚
@yaaallahaa712
@yaaallahaa712 4 месяца назад
Wlh anii giizee atii akatii bochu siiwajiinin boee jolletiiyaa yadadhee wayii madaa ilmaniitanaa rabiin siihafayiisu rabiin yo bakii jiirtu sanin siimiijaelee isan siihafiidu yokan halamiijeysee biiratii siihaa debiisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@caaloofirii
@caaloofirii 4 месяца назад
Kotuu matii naaf ta,ii qaliikoo
@ObsaTechno
@ObsaTechno 4 месяца назад
Rabbiin nagayaan ilmaan keetti sihaa deebisu, video tee laalee si waliin imommaan ija na mare, maaliifuu siifi yaasiin fi ilmaan keetiin walitti deebi’een arkuu fedha rabbiin walitti isin haa deebisu!😢
@ummukanus
@ummukanus 3 месяца назад
Amin galatomii obsa kiynaa 🙏
@MustariyaHassan-rk9mv
@MustariyaHassan-rk9mv 4 месяца назад
Rabbin yaroo gababaa keystii wltii isin ha debisuu Mustariya jafar qalii too umuu kanus😢❤❤❤
@Tayba-mf3md
@Tayba-mf3md 4 месяца назад
Uuuuf maa Bottee naa bochiftaa Abshir Fayyaan haa jirattu Rabbiin ilmaan ketifii Abbaa manaa ketin yeroo gababaa kesatti walitti isin Fidee sillee gamachisee nuullee haa Gammachisuu ❤❤❤♥️💔💔💔💔
@user-yl1un4cn5h
@user-yl1un4cn5h 4 месяца назад
Rabbiin bakkaa guddan isiin haa gahuu amala qabeeti ummu kanuus too♥️♥️😭
@Dahab-pf4tb
@Dahab-pf4tb 4 месяца назад
Yaa ummu kanus tiyya wlh qalbii tiyyarraahin siif godha rabbin yaada muraada kee siif haa guutu rizqi balloo rabbin siif kanne ati fi Abbaa mana keeti akkasuma ilmaan keessan rabbi walitti isin haa fidu jiruun Addunyaa qormaata Obsi❤😢
@user-rr6vx9qt5s
@user-rr6vx9qt5s 4 месяца назад
Rabbiin wan dadhabde hin qabuu risiqi dhuma hin qabanee issinif haa keennuu😢❤
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 4 месяца назад
Abshiri hadhoo koo guyyaa kunis hin darbaa baayee garaa naa nyaatee dhugaa rabbii 😭 Rabbii yadaa fi murdaa kee sif haa gutuu ati dubbarti jabduudha baayee sii jaladhaa❤❤❤❤❤
@SumayaArsii-dd1zr
@SumayaArsii-dd1zr 4 месяца назад
Wollaaih rabbiin naa argaa duraa bay'ee rifadhaa waan addaan batani seyee Alhamadullah rabbiin nagaha woliti isin haa debisuu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉😢😢😢
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 4 месяца назад
Rabbii wallitii siin haa debbisuu ijollee keettiin😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@Birizdanti
@Birizdanti 4 месяца назад
Ani yaasin kana hedduun jaaladha akka obboleessa kootti maalif nama boonuu mitii humaa miti jabaadhaa rabbi isiniif laaffisaa
@aantuukamal4181
@aantuukamal4181 4 месяца назад
Rabbiin yaddaa murada kee siif haa guutu Ufi mashallah fuurdaate Mustariya ❤
@biiftuuorotube7141
@biiftuuorotube7141 4 месяца назад
As wr wb Oboleytii tiyaa mustariyaa Raabin Rizqii sikanee ilaman kee keysa sihadebisuu😢😢😢😢😢😢
@jaseerajazi-lj9uw
@jaseerajazi-lj9uw 4 месяца назад
Rabbii ijoolee keetii nagay sii hadeebiisuu rabbii ilmaa keetii habbiit tiyaa bayee sii jalallaa❤❤❤❤❤❤
@Najat-tb2dg
@Najat-tb2dg 4 месяца назад
Umuu kanusii bikaa yadee rabbii sin haa gehuu yadafii muradaa kee sif haa gutuu Abaa manaa kefii kanusifii nihaal wahin wal so haa Agarsisuu inshaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤
@shamsheosman4760
@shamsheosman4760 4 месяца назад
As wr wb. May Allah make everything easy for you Ameen 🤲❤️
@shamsiyaakadamtuudiinii3274
@shamsiyaakadamtuudiinii3274 4 месяца назад
Misikinaa uufff garaa naa nyaatee hedduu wallah😢😢😢 rabbinii waan atii yaadee hundaa walitti siif haa qabuu amshiir maamaa
@user-pm9xx1qr5z
@user-pm9xx1qr5z 4 месяца назад
Afshiir anniis namumaa akkaa keetiti ijoole lamaa gatee demee rabiin umrii nuu haa dheressuu ❤❤❤❤
@user-sf9wj8kq6e
@user-sf9wj8kq6e 4 месяца назад
Wly sii walin beyeee garaa tiyaa, Raabbiin yadaa muradaa kee sif haa guutuu inshaa Allah 😭😭😭😭😭😭😭😭
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 4 месяца назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu
@HiHi-xe5ws
@HiHi-xe5ws 4 месяца назад
Amshirii ya mustariya teena namanii qalditii ilmaan ufiitii fii abamana ufiitiin ada hinbayu rabbi wali isini ha agarisiisu ishaa alhaa❤🎉🎉🎉😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤
@ummulmasaakin3190
@ummulmasaakin3190 4 месяца назад
Abshir habibti Rabbiin yaadaf muraada keessan sinif ha guutu Waan Ati yaadde Olitti Rabbiin sif ha guutu 😢😢😢wallahii garaa na nyaatte Ummu kanus ❤
@SINGITANDESSALEGNBIRASASINGITA
@SINGITANDESSALEGNBIRASASINGITA 4 месяца назад
Ufff rabbii yeroo gababa keessattii Walittii isin haa deebisuu 😢❤❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 4 месяца назад
Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa qalii nama dhifamaa wajiin mattii naf tahii an siftahen jiraa ummulmasakin sanyiito
@safisatube7861
@safisatube7861 4 месяца назад
As wr wb akami nagayaa jiritaa umuu kanusi heduu sihii jaladhaa anaa olitii rabbii sihajalatuu yadafii muradaa kee sifii hagutuu yeroo gabababatii olinii isinii hagayyuu❤❤❤
@user-zq6zw1nj7l
@user-zq6zw1nj7l 3 месяца назад
Abishere sanyi ufii jabaadhu
@mafuzatahir8272
@mafuzatahir8272 4 месяца назад
Jajjabadhu habibti koo wantii hundu hin darba ati sirritti nama jabdudha guyya tokko sif barihuf jirti habibti rabbin waan niyyatte niyya kee sif guute ijolletti si haa deebisuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💔💔
@AminaHusan
@AminaHusan 2 месяца назад
As wr wb Abshir abshir habibtii Rabbiin yadaaf muradaa ke siif haa gutuu yaa umrii abshir wly garaa na yatee na bosistee habibtii rabbiin nagahaan ilmo ke fi abba manaa kehitii sii haa debishuu ❤❤😢😢
@Hayatbh5673
@Hayatbh5673 4 месяца назад
Abshir rabbiin yaadafi murada kee rabbin sifgute naga ijolee ketiti sii haadebisu inshaaAllah❤😢
@bilalsharaf9915
@bilalsharaf9915 4 месяца назад
Umuu kanus tiyaa yadafii muradaa kee rabii said haa gutuu walyii heduu takan said jaladha jalaltii siilaa bifaa qabatee siifii abaa kanus fakatii❤😢😢😢❤❤😭😭
@ikraanxaji5422
@ikraanxaji5422 4 месяца назад
Umu kanus anigu somali ban ahay hadana wankudawadaa wankujeclahay ilaahy dartii af oromo ma aqano❤❤❤❤❤❤❤
@carcarshow8308
@carcarshow8308 4 месяца назад
❤❤❤ ❤❤thank you we love you so much somali brothers
@Iftiinmohamad-vs6zj
@Iftiinmohamad-vs6zj 4 месяца назад
Thank you so much 💖 💓
@ikraanxaji5422
@ikraanxaji5422 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@jameelaj8328
@jameelaj8328 4 месяца назад
Alhmdullaahi jechuuma dha jireenya Addunyaa kan Abshirii hadhoo koo Rabbbiin yaadaf muraada kee siif haa gutuu Rabbiin ilmaani keefi jarsaa kee gammachuun waaliti issiin haa fiduu inshaala Allah guddiina Rabbiin jechaa si jaladhaa Bashashaa koo 😢❣️❣️❣️❤️‍🔥
@aiahwekei7138
@aiahwekei7138 4 месяца назад
ምንሆናነው
@Samsung-kg5bt
@Samsung-kg5bt 4 месяца назад
Abshir sistu ko 🥰wly imiman qabachun dadhabe 😢Rabbin yaadaf murada ke siif ha guutu inshaallah 🤲🥰😢
@NajatuuAdam
@NajatuuAdam 4 месяца назад
Abshir umuu kanisu rabbii ijolee tellee abbaa manaa kelee rabbii walitaa isina hguu rabbii umr isiin dheresee walitii isiin haa debisuu abshir ❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉😢😢😢
@sakioro2854
@sakioro2854 4 месяца назад
Uuff ummu kanus tiya vd ke kana lalu dadhabe heddu takka si jaladha ❤❤ wlh ani ijole te bira demun ke heddu takka na yachise rabbin waliti ngy si ha debisu lubbu tiya wan jabatetu ilmoo nama gachisisa ani gafi hedu takka oso si qabu si gafachu dadhabe 😢rabbin wan jabate hunda sif ha gutuu ngy ilmo te fi abba mana ketiti wal si ha argisisuu teddy hedu takka si jaladha wlh mustariya tiya 😢
@user-hx1mq7zm7h
@user-hx1mq7zm7h 3 месяца назад
Mashaa allaah Abshiri qali tenya inuma woli Argitani yeroo gababdu kesati😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulMalik-mq4ub
@AbdulMalik-mq4ub 4 месяца назад
Rabbii akka niyya tetii sii hagutuu ilman keti wajiin lal sii hagrsisu
@HcgDyd
@HcgDyd 4 месяца назад
Umaa kanus dhugaa Rabbii atii ijoollee tehee biraa demtaa dhugaa Rabbii nutii Warii shamarii biyaa nama jiruu fakkenya sii gadhanee akkmii biyaa tii galaa janee yaddaa jiraa 💔 hayyee garuu Rabbii walii isiin fedhee yeroo gabaduu kessatii sifii ijoollee tetif abbaa mana kee walii argatanii Abshii Rakkoo bodaa baloon ni dhuftii obsasii yaa mustariyaa Jafraa wanii atii niyatee Rabbii sii haa gutuu wly anii yeroo heduu sii diqifadhaa akkasumaa gafaa atii Nahal❤Dhaltuu saii anii ilee dhalee Alhmduralhaa gizee atii ijoolle tehee wajii taphatuu ❤❤heduu takkaa akkani wainii sii biraa jirtii gamdda wly amiin mashaa alhaa ijoollee Rabbii sii haa gudisuu ❤❤ Rabiif jachaa sii ijalaaladha 😘
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 4 месяца назад
Yaa rabbii kiyaa wallaah rabbumaa yaada muradaa kee siif haa guutu qaalii tiyaa ❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@user-gi2cf5fq6u
@user-gi2cf5fq6u 4 месяца назад
Aswrwb umu kaanus rabbiif si jaaldha dhugaa rabbiiti rabbiin galmee kee oli haa fuudhu yaadaa fi muraada kee siif haa guutu lubbuu tiyya qaalii jecha siif hin qabu wallaahii❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊
@user-dy9zx5oo7g
@user-dy9zx5oo7g 4 месяца назад
Anii SII jaladhaa Lubu too qalii too 🎉🎉🎉🎉🎉❤
@ifnaanjibril4440
@ifnaanjibril4440 4 месяца назад
ws wr wb Amshiiiiiiiir Habibati Ummu kanus wolyi rabbi yeroo dhiyoo keessatti ilmaan teetif abba mana keetin woli isin haa agarsiisu Jabadhu rakkon har'a ni dabarti Amshiiiiir😢anille yeroo ifnaan tiyya biraa deemu wogga tokko guutu inuma booha turee 😢 amma garuu jabadhe Jiraa❤❤❤❤ Alhamdulillah rabbi nagyan woli nu haa argisiisu☝☝❤❤❤❤❤ hundaa keessanuu woly rabbi nagya maati keessanitti nagyan isin haa galchu Mustariyaa❤ heddu si jaaladha Jabdu ko rabbi gaditti❤❤❤❤
@meskeremmeskerem9048
@meskeremmeskerem9048 4 месяца назад
Waaqayyoo ilmaan kee wajjin wal sinaa agarsisuuu jabaadhuu jabduu koo❤❤❤❤ rakkinni ni mo'aramaa rabbii sihaa gargaaruu
@Khalidtube-g9g
@Khalidtube-g9g 4 месяца назад
Masha'Allah haati haadha gaaridha jabaadhu ummu kaanis rabbiin yaadaf muraada kee siif guute bagaan wolittii isin haa deebisu❤❤
@sartuadem7556
@sartuadem7556 4 месяца назад
Rabbiin haaja tee sif guute jollee teetin waliiti siha fiidu ilmaaniin addaa baahu ka dhalee beeka!!❤❤
@HdjdDhhs-uk4km
@HdjdDhhs-uk4km 3 месяца назад
As wr wb Yaa uma kanus obsaa godhuu wallahii si qofaa miti bareedu ko anillee ijolleen ko biyya jiru ni ulfaatii jiru kodhaa garuu dirqaamaa jiruuf jirenyaati 😢😢 uuff Yaa Allah wanii jedhu Hin qabu Rabbin bakka jirtuu ti nagaya sitti haa ta'u ❤
@kwtkwt8452
@kwtkwt8452 4 месяца назад
Rabbiin yeroo gabaaba keessatti waliin isin haagayu maatii kee wajjin abshiir jabaadhu booyin😭😭😭😭😭
@makidagabiso3493
@makidagabiso3493 4 месяца назад
Rabbiini yaddaa murdaa keessaani isiini guute ilmaan keetiifi Abba mana keetini waliti sii haa debbisuu ❤
@mestawotnigusu1830
@mestawotnigusu1830 4 месяца назад
Waqqaayyoo yadaakee sif gutee ijoolee keeti nagaan sihaa debisu baredu koo wanti daimaa kun bayee ulfataa abshir jabdu koo si laalee bayen obsee aniyu ❤❤❤❤❤❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 4 месяца назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu
@HhGg-mr1fm
@HhGg-mr1fm 4 месяца назад
Yaa ummu kanus hedduu sijaalladha wollah ❤ video Kee guutu imimmaniini xumure Abshiir nidarba jabduu namaa jabaadhu Rabbiin yaadaf muraada Kee guute mana keeti sihaa deebisu😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AmiinandRR
@AmiinandRR 4 месяца назад
Amshiir anilee ijjoolleen tiyyaa tannaa akkaan jaladhuu jirenyii haalaa jiruu addaani nuu basee😭💔🥰🥰🥰🌺🥰💔
@user-kr4zp3rk9d
@user-kr4zp3rk9d Месяц назад
Rabbii yada murada kae.sifii hagutu qalii taenya Abshirii
@ayantuwaqayotube7178
@ayantuwaqayotube7178 4 месяца назад
Nagaan ummikanusi fi dawwatotaa ishetifis haa ta'uu ijolee ufii dhisanii irratii demunii hamma ulfatuu anis argeraa 😢😢 kanaa yonii jedhuu sii qofa utuu hin tanee woronii akka kenyaa heduu dhatuu jiraa. Waaqayyoo yadaafi karoraa kee hundumaa sifi haa gutuu wolii sifi haa qixessuu Abshirii jabadhuu haraa irraa Borutuu calaa.boruu da'imman kee jirenyaa harra nutii biyyaa Hambaa keessa baqachaa demnuu kanaa akka hin demnefi hojanee jirenyaa foyyee qabuu dhalaa ufii wojjin jirachuunis dirqamumaa kenyaa Rabbinii sii haa qarqaruu❤❤❤❤🙏
@tigistoromo3772
@tigistoromo3772 4 месяца назад
Waqayyoo nagadhaa walitii isanii yadebesuu ijoolee tee waliniii jabaduu koo❤❤❤❤❤❤
@bontuuoromo1124
@bontuuoromo1124 4 месяца назад
Abshirii raabbii nagaan waalii isinii haa argisuu Abba warraa keefi ijoolee Kee waaliin jabadhuu ❤❤❤❤❤
@siifanhoratoo5705
@siifanhoratoo5705 4 месяца назад
Abshiir jabduu too rabbii siif guuta hin yaadin si jaladha ❤❤❤❤
@obsinneettibaale9700
@obsinneettibaale9700 4 месяца назад
Rabbiin yaadafi muraddaa kee siifi haa guttuu inshaa allahu 😢😢😢❤❤❤
@user-bu9pt6vd8w
@user-bu9pt6vd8w 4 месяца назад
Maashaa allaah mashaa allaah rabbiin yaadaa fi muradaa kee hundaa sii haa guutuu inshaa allaah wollaahi jechii sii dhabee ummu kunasi imamaan qabachuu dadhabee
@DerartuJemal
@DerartuJemal 4 месяца назад
Abshir mustariya yee rabbin walitii isinaa debisuu rabbin yaadafi muradaa kesan isinif hagutuu ❤❤❤
@SumayaArsii-dd1zr
@SumayaArsii-dd1zr 4 месяца назад
Rabbiin yaadaafi muradaa kee siif haa guttuu mustariyaa nagaha ilmaani keeti sihaa debisuu Abshir ❤❤❤❤❤❤
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 4 месяца назад
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito
@ayanabdallah4171
@ayanabdallah4171 2 месяца назад
Aaaaah yaa ummu kanus tiyya yaa ruuhi wly hedduu garaa nyaate video kee gama dhumaa kanati miira addaa kana kessa na galchite. Ani waanin ja'u hin beeku dua'iima sif kadha akka rabbiin yeroo gabaabdu kessati si fii abbaa mana kee fii ijollee tee wajjiin isin wal agarsiisu insha'Allah. Abshir jireenyuma addunyaa tanatu tana qabaa abshir konjo tiyya hin boohin yaa damma tiyya. Hedduu takkan si jaaladha yaa ummu kanus tiyya, naamusee tiyya, amala qabeetii tiyya. I love you ❤❤❤❤❤
@halimaapp1729
@halimaapp1729 4 месяца назад
as wr wb ummukanus habiti qalinama ashiri rabini sibirahajiratu yadafi murdake sifihagutu ijole ketini nagayani walitishadebisuu inshalaa❤❤❤❤❤❤
@oromotitibarii
@oromotitibarii 4 месяца назад
Haa gargaruu mee ijolee tanaa 😢😢bayyee garaa naa nyatee❤❤❤❤😢😢😢
@user-hw4jn4ew9y
@user-hw4jn4ew9y 4 месяца назад
Yaa Allah Abshirii wly jabdhu dubatatin cimatuu yoo tate baka yade geta yoo rabbi jedhe obsi ummu kanosi tiya ❤
@kiiyootokee5482
@kiiyootokee5482 4 месяца назад
Wa WR WB rabbiin yeroo gamaba keesatii woliti isin ha debisu yada Muraada kesan rabbiin isin ha guutuu Inshaallaah ❤
@tiyyaorotiyyaoro4955
@tiyyaorotiyyaoro4955 4 месяца назад
Jabadhuu mamii tiyyaa rabbii isiin haa milkeessuu ❤❤❤
@islamummaaifaajiruti6108
@islamummaaifaajiruti6108 4 месяца назад
Jabadhuu rabbi nagaaya waal isiin haa agarsisuu inshaa Allah jzk Anafis du'aa'iiiiii naaf godhaa obbolewaan hundii☝
@Estirah
@Estirah 4 месяца назад
Mustee ko Abshiir Jabaadhuu baakka Kayyoo keetiin rabbiin sihaa gauu tiruu koo wellahi Durii qabee isiin hordofaa maqaa biraatiin Baayyeen isiin jalladhaa Jabaadhuu jabduu koo Rabbiin koo Zabana dhihooti Wolit isiin Hanaanneesu habibtii 😢😢😢❤❤❤❤
@user-du2iy4bv7t
@user-du2iy4bv7t 4 месяца назад
As wr wb Amshirii sanyii too rabbii ngyanii wolii biranii isini haa gayyuu ummii kanusii heddu tokko sii jaladhaa rabbifi jechaa Bakka attii jirtuutii rabbii fayyaa sifii haa kenuu rammdanale guddu ittini sifii haa gayyuu❤❤
@munirahhussamunira566
@munirahhussamunira566 4 месяца назад
Mashaalla tabarakala rabbin umuri dherituu risiqii Baloo issinifi hakenu Abshiri qali ko ♥
@user-qe7cd2sf7j
@user-qe7cd2sf7j 4 месяца назад
Abshiir qalii nama rabbin guyya ngy waliti isin ha fiduu❤❤❤❤
@EtoBh-ci5xu
@EtoBh-ci5xu 4 месяца назад
😍😍😍😍😍😍
@Mrdadytube5160
@Mrdadytube5160 4 месяца назад
Abshiir Yaa ummuu kanus Rabbiin waan ati yaadee mara Galmaan siif haa gahuu inshaallaah
@obsituubetiislamaa
@obsituubetiislamaa 4 месяца назад
Yaa Allah😢😭 Rabbiin yadaaf murada keessaani gutee wolitii isiini ha debisuu❤
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 4 месяца назад
Ashir habibti Rabbii yaadaf muraada keessan sinif haa gauutu waan Ati yaadde Olitti Rabbin siif haa gauutu 😢😢 wallahii garaa na nyaatte Ummu kanis ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SamerShadi-td6ss
@SamerShadi-td6ss 4 месяца назад
Abshir qalii nama rabbin yadaf murada ke sif haa gutu❤❤
@takattioromoohasasaatube8036
@takattioromoohasasaatube8036 4 месяца назад
Amshirii oktii tiyyaa qallii rabbii yadaa muradaa kesa sifi haa gutu inshallah yeroo gababaa kesatii ilmaa ketii wolitii isinii inshaallah 😢😢
@itri7639
@itri7639 4 месяца назад
Abshiir habiibtii tiyyaa duaaii siif goona rabbi yeroo gabaabduu kheessatti walitti isin haa deebisu
@sumeyalove5583
@sumeyalove5583 4 месяца назад
Rabbii akka yadaaf muradaa kesanii isiinif haa gutuuuuu❤☝️🤲🤲
@amirsalim9707
@amirsalim9707 4 месяца назад
Mashallh tabarakallh rabbi kiyyaa obsaa sii kenne yaadaa muradaa kee sii guutee maati ketitti sii haa debisuu lubbu uuuufffffeee maati ofi bira fagachuun ni ulfataa 😢
@sofiahuseen4589
@sofiahuseen4589 4 месяца назад
Abshirii habibtii jiruun adduniya kanuma namni hundu ilmaan ofii osoo jalaatiin rakkinaa jechaa ilmoo ofii dhisee biraa demaa hundaaf rabbin yeeroo gababduu kessatti waalitta isiin ha fiddu ❤❤❤❤❤
@madenamadena3268
@madenamadena3268 4 месяца назад
😢😢😢😢Misakinaa tiyya amshriiii rabbi jiraa waan marafu rabbiini waaan yadee maraa sii haa gutuu Inshaa Allaah ❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@rumanayoussief4
@rumanayoussief4 2 месяца назад
Rabbi yaada fi muraada kee siif haa guutu um Khanuus
@wdw1920
@wdw1920 4 месяца назад
Afshirumaa rabikoo nagani waliti isinii hadebisuuu hudumaa kenyatuu adada jiraa Afshirumaa inshaaalhaaa ❤❤❤❤😢
@YasminJamal-zo2rm
@YasminJamal-zo2rm 4 месяца назад
Ahaa wayyi gara wa dhale Abshir insha allah rabbin niya te hunda sif ha gutu ya ummu kanus tiyya
@user-rw6cx8op5l
@user-rw6cx8op5l 4 месяца назад
As wr wb Rabbiin yeroo dhiyotti walitti isin naa qabu rabbiin addaan isin baasiin dhugaadha haati jaalatte ilmoo ofii dhiiftee hin deemtu Rabbiin Yaadaaf Muraada keessan dhiyotti isin haa milkeessuu Abshiir gaafatokko ni dubbatta seenaa taatee haadha dhiiraa kuftee hin kuftu Abshiir ni gufatti malee jabduudha haadha ilmaan gaarii haadha manaa gaarii fakkeenya teenna ati ❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-bn3gu1eh1g
@user-bn3gu1eh1g 4 месяца назад
Abshir rabbi yadaafi muradaa kee siif haa guttuu yeeroo gababduu keessatii rabbii waliitii isiin haa fiiduu habiibtii 😢❤
@hvfgh-dq5rq
@hvfgh-dq5rq 4 месяца назад
Abshir Abshir habibiti tiya qalii 😢😢haluma jirenya tii😢😢Abshir Abshir
@aasiyaaabduljawaad3012
@aasiyaaabduljawaad3012 3 месяца назад
Abshiir ummu kanos tennaa Rabbii siif haa laffiisuu jabaadhuu hatii ilmoo ofii dhistee hin deemtuu rakkofi malee ❤ hedduu isiin dhinqiisiifaadha jabaadhuu ammas
@samiiraabdunasir-tr4xz
@samiiraabdunasir-tr4xz 4 месяца назад
Rabbii yaro gababdu kessattii waliittii isiin ha debiisu inshallaah ❤❤❤😢😢
@aminaamina-jt4od
@aminaamina-jt4od 4 месяца назад
AS WR AB Obboolletii tiyyaa Qaallii Rabbin Yaadaa murdaa kee tata Aduunyatifi tata Akiralee woolitii si qabee ijeele tetin wooli si haa debisuu inishallaa habbatii si jaalladhaa dhuga Rabbi❤❤❤❤❤
@mohammadgebissa
@mohammadgebissa 4 месяца назад
Jabaadhu ati rabbi si birra haa jiraatuu inshaa Allah nagaan walitti isin haa deebisu yadda kee sif gutte ❤❤❤
@zubeyidajundii792
@zubeyidajundii792 4 месяца назад
As war wab ya ummu kaansu tiyya Rabbin ilmaan tee biraa si baase yaada muraada kee sif gutee dadaaffti osso turee ossa bulle walhi wagga 3 ykn 4 mitii guyya muraasatti si ha milkeesu hundii keena jaalaane ilmaan teena ganne bira deeme Rakkof malee 😢inni dhalee hin argiin dhalee tiyya darbiin jedhee oromoo warra wa namaan jedhuu sin jedhee ❤❤❤❤
@Harmefood22
@Harmefood22 4 месяца назад
Allhamdullaahi yaa Rabbii kiyyaa.rabbin si hin hiikiin hayyati.ani baayy.ee rifadhe Duran.rabbin waliti si haa debisuu❤❤
@ummuHuzeyfa..
@ummuHuzeyfa.. 3 месяца назад
Haayiii😭😭😭😭 wallahi heddu garaa naa nyatte abshiir habibatii Rabbiin wal isiin haa garsiisuu abshiir jabadhuu❤
@marym7969
@marym7969 4 месяца назад
Atii nama fakkanyaa dubartiif tatuudha rabbiin waan yaadee galmaan siif haa ga.uu❤❤
@ikramabrahim4566
@ikramabrahim4566 4 месяца назад
Rabbii yaadaa fi muraada kee siih haa guutuu inshaa Allah 😢😢😢😢😢
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 4 месяца назад
Baagaa naagani dhufte haadho,koo,abbshiirii namni waanii naamani,jedhuu,dhabu obbsaa,godhuu,nuu,maaru,obbsene,maa,jirtara,sii,bichaadha,taaya,dayimaa,biiyati,gaate,bate,dhuuga,naama,dhiiba,waari,miidiya,kaana,kuuni,jirenyaa,biiyaa,laafadha,jaabadhu,ijoole,teyef,buulti,tetif,jiradhuu ❤❤❤❤❤
@umuuyusraa31
@umuuyusraa31 4 месяца назад
❤❤❤abshiir Ummu Kanuus inshaa alhaa jiruu biyyaa laffa tunii aknu.aa wani yadee maraa sif ha tahuu akka ati yero dhihooti sif ilmani kee wali ha si agrsisuu garaa wahaa dhalee akka hundaa namaa godhaa obsii habibitii ❤❤❤❤❤❤
@XayyibaaUmaar
@XayyibaaUmaar 2 месяца назад
Rabbin naghaa itti sii halchuu habibtii❤❤❤❤❤
@imanbariso6261
@imanbariso6261 4 месяца назад
Rabbiin yeroo gabaabatti yaadaaf muraada kee siif guutee walitti isin haa deebisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Далее
ХЕРЕЙД БОИТСЯ МОЕЙ СОБАКИ!
37:08
#fayajiru #party_2#dance $#edit #whatsappstatus
21:36
Просмотров 4,8 тыс.
Sheikh Amin Ibro - Waan 4 khana yoo qabaate Milkooftee
56:45
ForX : "OSON IJAAN  HIN ARGININ FUUDHE"
1:05:01
Просмотров 28 тыс.
Yassiin mustariya irratti prank Ajjaa'ibaa hojjatee
20:45
ХЕРЕЙД БОИТСЯ МОЕЙ СОБАКИ!
37:08