Тёмный

Yeroo jaalalaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 649 тыс.
Просмотров 17 тыс.
50% 1

Yeroo jaalalaa

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 182   
@hdks432
@hdks432 2 месяца назад
Ayiii dhirii gafaa Akaas bohuu garaa naa badee 😢😢😢😢 rabii walitii isiin Haa debisuu ishaa Allaaha 😢😢😢😢Ayii
@MOHAMMEDMame-vs1jm
@MOHAMMEDMame-vs1jm 2 месяца назад
Arabee ,Rabbii Guddaa dachii fi samii uume sodaadhu,ijoolleen kee haadhaa fi abbaa malee hin guddatin, obboleettii too deebi Gara mana keetii.
@beyechabedada7500
@beyechabedada7500 Месяц назад
Ati abbaa gaariidha waaqayyo umrii dheeraa siif haa kennu laphee gaarii qabda!
@ayube387
@ayube387 2 месяца назад
Maaloo bilbilaafi warrii istidiyoo seena garaa nama nyaatudha
@uthiuythi4343
@uthiuythi4343 2 месяца назад
Wlh jalalli warruma dur bira jira😢😢 mee laalaa ka amma sababa tokko malee si dhiisee deema.dur hafee jalachuuf jalatamuunis rabbiin walitti isi haa deebisu😢 ijolle itti qajeelchi wlh haati ilmoo irra hin haftu.ilmaan keessan kottu nuuf deebi.i yoo jedhaniin ofumaan garaan ishee daaqa.😢
@BurkituAdisu
@BurkituAdisu Месяц назад
Waaqni waan hundaa danda'u walitti isin haadeebisu dhugaa garaakoo na nyaate
@user-ln9uw9eg1y
@user-ln9uw9eg1y Месяц назад
Yene abati 😢😢😢❤
@emuyyeetamru9171
@emuyyeetamru9171 2 месяца назад
😢😢😢😢 bayyee nam dhibba waaqayon garaa sif yaa nasisu waaqa kadhadhu rabbii guddan isn yaa gargaru obsii ❤❤❤❤
@furnemiresa1
@furnemiresa1 2 месяца назад
Yaa waqaayoo walitii deebisii seexanaa jiduu sanii basii maqaa yesusin
@MeleseTessema
@MeleseTessema 13 дней назад
Jabadhu atti Aabba gaariidha
@user-zr2ml2mr1e
@user-zr2ml2mr1e 2 месяца назад
Yaa rabbi ati waliti debisi uuuff
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 месяца назад
Dawaliti Waliti Ararsaa😢 Oduun Gargari Nama Hin Basu jedhama Male Gargar Nama Bassa
@kiyawakuma3114
@kiyawakuma3114 Месяц назад
waaqayyoo walittii isin haa deebisuu,gaara nama nyaata
@RozaSaid-kr8ny
@RozaSaid-kr8ny Месяц назад
Rabii walitii issin haa debissuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@edeakondale7092
@edeakondale7092 2 месяца назад
Abshiir Leencaa kiyya jabadhuu!!!
@soonajalaala3973
@soonajalaala3973 Месяц назад
Uuuuuuuffffff yaa waqayyoo ati bira jiraadhu wayii ilma nama
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii Месяц назад
Imiiman Qabachuu Dadhabee Wollaah
@makeyagirsha6329
@makeyagirsha6329 2 месяца назад
Rabbii walitti sin haa deebisu 😢 dhugaa namni wal jalaatu haasida hin dhabuu
@user-vg8rm6lp4f
@user-vg8rm6lp4f Месяц назад
Rabbiin walittii isinii haa deebissuuii. 😢😢😢😢
@AyantuAyantu-cy4tz
@AyantuAyantu-cy4tz 2 месяца назад
Walitti deebiin keessan hin fagaatu yaada keessaa bahi!!!!!
@korefana38
@korefana38 2 месяца назад
Waaqayyoo walitti isiin haa deebisu ❤❤
@user-gh9pv9lo3x
@user-gh9pv9lo3x 2 месяца назад
Uuuffff maaloo dhirrii yeroo akkasi bohuu arguun bayee garaa nama nyaata Uuuffff Waaqayyoo walitii isnin haa deebisuu uuuu Abbaa koo😭💔🤲
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt Месяц назад
wly rabbiin sodadhaa waalitii debisaa mee😢😢😢😢😢
@ToloshiGetachew
@ToloshiGetachew 2 месяца назад
Waqqayoo waliti issani haa debisuu dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@tarekegnayansa4543
@tarekegnayansa4543 2 месяца назад
Waaqayyo araara isiniif haa buusu atimmoo obsi waan gaariifis tahuu mala❤️
@sarshowTub
@sarshowTub Месяц назад
😢😢😢😢 rabbin walitti isin ha deebisu
@chaltutura7239
@chaltutura7239 2 месяца назад
Rabbi walitti isiin haa deebisuu insha'allaah
@ZainabaJarso
@ZainabaJarso Месяц назад
araabee rabiii kaakee sodaadhuu ijolee fii abaa maanaa keetii debiii😢😢😢😢😢😢
@user-se6wr9zd7r
@user-se6wr9zd7r 2 месяца назад
Garaa nama nyaata maloo dhiraa hin bochisiin uiii😢😢😢 waaqayyoo nagan waalti isnii haa debisu 🙏
@nazirabawari3886
@nazirabawari3886 2 месяца назад
Rabbiin walitii isiin haa deebiisuu ❤❤❤
@user-wq5wj5md9k
@user-wq5wj5md9k 2 месяца назад
Rabini woliti isini haa debisu💔💔💔💔
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 2 месяца назад
Waqayyoo walitti isin haa deebisuu😢😢😢😢😢😢😢 dhugaa bay'ee namaa gadisisa
@ruwd3316
@ruwd3316 Месяц назад
Uuufff anan hadhokoo ❤🙏🏽
@user-ll4vh4fj3b
@user-ll4vh4fj3b 2 месяца назад
Uuuuuuufffffff Abbaa Koo Waaqayyoo Wolitti isinni haa Debizuu uuuuufffffff💔💔🥹🥹
@MariyamIluuWarquu
@MariyamIluuWarquu 2 месяца назад
Yeroo jarii Haraaman ariguu baribanaa
@QosanAyele
@QosanAyele Месяц назад
Waaqayo waaliti sin Yaa deebisu
@user-gh9pv9lo3x
@user-gh9pv9lo3x 2 месяца назад
Waqqayyoo waliiti isniin haa deebisuu😢😢😢
@alfiyadenko9679
@alfiyadenko9679 2 месяца назад
Rabbii wolitii isin haa debisuu heduu ulfataa😢😢😢
@user-nq9ki8qi3v
@user-nq9ki8qi3v Месяц назад
Akkaa odeessuu kanaa mitii dabaa qabaa namichii kun atii ijollee shanii obsitee hinteessuu siin haa ararsuu
@azizatijanitijani2904
@azizatijanitijani2904 Месяц назад
Rabbiin nagaani walitti isaan haa deebisuu
@user-zc8oj3vn5p
@user-zc8oj3vn5p 2 месяца назад
❤❤❤❤
@israeltamiru3148
@israeltamiru3148 2 месяца назад
Dhuga dubbachuf walitti bu'isi issani bayye salphadha
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt Месяц назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@lensaofficialtube6992
@lensaofficialtube6992 2 месяца назад
Rabbiin nagayaan walitti isin haa deebisu 😢😢😢 miskina dhugaa heeddu jaallata nama khabaja qabu jarsi kun
@RediyeHamid
@RediyeHamid 2 месяца назад
Rabbii isiin haa ararsuu
@anisamitiku4676
@anisamitiku4676 Месяц назад
Rabbii walitti haa debbiisuu
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Месяц назад
Waaqayoo walitti isin ha araarsuu😢❤❤
@Amsallu
@Amsallu Месяц назад
Waqqayyo.walltii.siin.ya.aa.dhebbsu😂😂😂😂😂😂😂😂
@user-rv2ek7ht9z
@user-rv2ek7ht9z 2 месяца назад
Waaqayyoo walitti isin haa deebisuu akka isn walitti deebittan abdin qaba amshir
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Месяц назад
❤❤❤😢😢😢 waqani walitti isin ha deebisuuu
@MamudMieso-vk7sd
@MamudMieso-vk7sd 2 месяца назад
What a love amazing
@user-zn1xo2yf3z
@user-zn1xo2yf3z 2 месяца назад
Maalo walitti ararsa warri OBN !
@harirotolex646
@harirotolex646 2 месяца назад
Warra Amboofi Gudar Jaarsi biyyaa garam jirtan? Maatii kana fayyisuun waaqaa gaditti harka keessan jirti!
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 2 месяца назад
Uuuufff garaa tu baa badee waqayyoo arara isaani yaa busuu namoonnii waree gidduu namotaa wali jalatu laman odeessaa addan basuu garuu maali argataa Ijolleenis obboo Tadeenis garaa ko naa nyatan dhugaa rabbii maalo warri Obn Bilbillaaf Ararsaa adaraa kessaan
@user-nv4dx2ge7m
@user-nv4dx2ge7m 2 месяца назад
Uuuuuuffffuuuu Waqaayyoo koo Walitti Debisi Wanti Hundumtu Sif Ni Danda ama😢😢😢😢😢😢😢
@siiftiif9209
@siiftiif9209 Месяц назад
Osoo inni akkanatti si duuka booyu biddeenni siif hin bayuu deebi'ii araaramiif
@G-hs8fy
@G-hs8fy Месяц назад
Uuuuuffffff 😢😢😢😢
@G-hs8fy
@G-hs8fy Месяц назад
😢😢😢😢
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 2 месяца назад
Pls hamdiyaa jaraa kan waliit Aarrsii gammachuu isaanii kutaa lammafaa nuu fidii😢 Warra waal lolee Addaa bahee ilee waliitti Aarsaa nuuf dhiheessii warra
@FAARUUKOON
@FAARUUKOON 2 месяца назад
seenaan isaa nama gaddisiisa, garuu qabatamaadhumaan taaddasaan amala maallaqa jaallachuu qaba. bakka hojii hojjatuttis maallaqa namaa fudhatee hojii irraa bada. garuu ammumayyuu yaada isaa jijjiirachuun gaaridha. waaqni walitti isaan haa deebisu.
@user-eq6gu6ol3s
@user-eq6gu6ol3s 2 месяца назад
Wayii garoo koo naa nyatee dhugaa tokkoo hin boochisaa tokkoo hin bo'aa 😢😢
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 2 месяца назад
Ufuuu garaa namaa nyaataa ❤❤
@ROBETADESA
@ROBETADESA 2 месяца назад
Waqayyo walitti debi'uu kessan ijaan naa agarsisa
@user-kk2ed7np3o
@user-kk2ed7np3o Месяц назад
Uuuufff 😢😢😢😢😢❤❤
@Maccaatb9738
@Maccaatb9738 2 месяца назад
Waaqayyoo waaliitti isiin haa deebisu
@tadduzelke7019
@tadduzelke7019 Месяц назад
Waqayyo walitti isan haa debisuu
@AlfaKedir
@AlfaKedir 2 месяца назад
Uuuuuuufi baayyee namtti uilfaata
@AaJja-y6s
@AaJja-y6s Месяц назад
Ufff 😢😢😢😢
@kanana1965
@kanana1965 Месяц назад
waqayyo.waltti.si.haa.debisuu❤❤😢
@dameesalaalee
@dameesalaalee 2 месяца назад
Uufff waaqayyoo ati gidduu gallii
@Samiraa2022
@Samiraa2022 2 месяца назад
Walahi hedduu garaa nama nyatuu❤❤
@rafimajama4279
@rafimajama4279 2 месяца назад
Raabii wallitti issinni haa deebissu ilmaan kessaani saniif jechaa Haatti bideena ilmaan teeti hin tatuu atuumtni deebii 'ii ilmaan keeti 😢😢😢
@MarizaHusain
@MarizaHusain 2 месяца назад
Abeet ya soba,dhiisaa adaraa keessaayyuu warra ambootii
@BilkitBirhanu
@BilkitBirhanu 2 месяца назад
Maalo Nama mara dhugaa waaqayyo walitti isiin yaa deebisu
@orgyb9088
@orgyb9088 2 месяца назад
Waaqayyoo walitti isin haa deebisuu
@Suusiyye
@Suusiyye Месяц назад
Miskinaa ayiii rabbiii walittii isiin haa deeebisu yaa warraa OBN walittii araarsu yaalaa please 😢
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 2 месяца назад
Abishir habibikoo ❤
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 2 месяца назад
Abshirii waaqayyoo siin haa ararsuu
@makiyaasiraaji7547
@makiyaasiraaji7547 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@kiyakabada7173
@kiyakabada7173 Месяц назад
Waqayyo waaliti siin haa debbisu uuuuffff
@chaltukasaye8638
@chaltukasaye8638 Месяц назад
Uuuuuuuffffffeee 💔💔💔💔😥😥😥😥
@user-lp5cu4wv1m
@user-lp5cu4wv1m 2 месяца назад
Rabin, wolitii,isini,haadebisuu😢😢😢😢😢😢😢
@sifanisiraataa5977
@sifanisiraataa5977 Месяц назад
Maloo walitii hararisaa😢😢
@hawwiitolaa1919
@hawwiitolaa1919 2 месяца назад
Waqayyoo daddaa dhaa waltii siin debbisuu
@GenetDerese-df6ow
@GenetDerese-df6ow 2 месяца назад
Uuuffff waaqayyoo waliti isina haa debisuu
@maramesolomon6268
@maramesolomon6268 Месяц назад
Gara nama nyaata dhugaa
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 Месяц назад
Rabbii wolit issan haa debisuu uuuffii😭💔
@abebumideksa380
@abebumideksa380 2 месяца назад
Uuuuf mucaa biyyakoti anshi😢😢😢
@daredare2801
@daredare2801 Месяц назад
Abshrii 😢
@OliMoke
@OliMoke 2 месяца назад
OBN JARRAA KAAN WALITTII DEBBIISSU QABAA HOJJII MANAA GODHATEE GOMATUTUU WALITTII BUSEE
@user-du9zo7on4d
@user-du9zo7on4d Месяц назад
Woyo.wolahigarananyate😢😢😢😢
@user-ii1ty9gy8s
@user-ii1ty9gy8s Месяц назад
Abbotti gadaa fi abbottin amantaa demanii maliif walitti hin ararsanii maloo😔
@HashaaNagawo
@HashaaNagawo 2 месяца назад
Yaa Raabbii ati waiti debisi uuuuuuffffffffff
@user-wc4eg4tj9t
@user-wc4eg4tj9t Месяц назад
Raabiin walitii sinaa deebisuu
@BooneeYouTube-ui5rj
@BooneeYouTube-ui5rj 2 месяца назад
dubartii gowwaa akkana maali ilmoo Shan dhiise mana Isaa dhiise akkam deema kun wallaalumma guddadha
@DhdhHrgrh-kp2bo
@DhdhHrgrh-kp2bo Месяц назад
Arabeen taa tiktok sani moo taa birii yaa ummataa??????????????
@kametihintalaoromoyoutube9774
@kametihintalaoromoyoutube9774 2 месяца назад
Rabbiin Wolitii isiin haa deebisuu
@ZainabHamdan-rp8ln
@ZainabHamdan-rp8ln 2 месяца назад
😢😢😢gara nmanata ravi. Woliti isini hadevishu
@LailaLaiali
@LailaLaiali 2 месяца назад
Raabbiin waliitti hadebisu 😢😢😢😢😢
@YeshiYeshibedishu
@YeshiYeshibedishu 2 месяца назад
Waqaayyoo.waalit isana deebisuu
@user-wr6uj8db6t
@user-wr6uj8db6t Месяц назад
Uuuuuuf😢😢😢
Далее
Yeroo Jaalalaa
19:59
Просмотров 10 тыс.
ВОТ ЧТО МЫ КУПИЛИ НА ALIEXPRESS
11:28
لدي بط عالق في أذني😰🐤👂
00:17
Yeroo Jaalalaa
22:14
Просмотров 38 тыс.
Yeroo Jaalalaa
18:10
Просмотров 20 тыс.
Yeroo Jaalalaa
23:33
Просмотров 76 тыс.
Ijoolleema koo adaraa/Faar.Yohaannis Lammii - Iyyaafannoo
1:03:00
Yeroo Jaalalaa
22:27
Просмотров 22 тыс.
OROMO FUNNY VIDEOS
19:18
Просмотров 139 тыс.
ВОТ ЧТО МЫ КУПИЛИ НА ALIEXPRESS
11:28