Тёмный

Yeroo Jaalalaa: Dhiifama 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 620 тыс.
Просмотров 66 тыс.
50% 1

#Yeroo_Jaalalaa

Развлечения

Опубликовано:

 

25 июн 2022

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 236   
@SadamSayid-f8x
@SadamSayid-f8x 9 дней назад
Yaa rabbii dhiraa dhugaa nu jalatu nuf keenii heedduu garaa nama jalatu
@Sara-ge7qh
@Sara-ge7qh 2 года назад
Dhiraa garriif dubaartii gaarriin hin argamtuu Dubbaraa garriif dhirii gaarrii hin argamuu 😭😭😭
@d.2074
@d.2074 2 года назад
Dhugaadha Gaaran nuu gubate raa Hani iyyu erga j dhabbe Wagga lamaf ji'a Shan Gaaru naaf faayyu diden biyya orma jirata jira😢😢😢😢
@unikh9837
@unikh9837 2 года назад
DHUGAA keetii
@sifaniiibrhimii8865
@sifaniiibrhimii8865 Год назад
Dhugaa ketii
@milkiigurmuu6421
@milkiigurmuu6421 2 года назад
Dammituun jaalala qulqulluu kana of-jalaa qisaastee, bakka biraa deemti jedhee hinyaadu. Akka isin walitti deebitaani waliin jiraattan abdiin qaba.
@sifiitananii6270
@sifiitananii6270 2 года назад
Ararrissii banatish 😍
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@sifiitananii6270 mati naf tahime😍😍
@haadhajaafar
@haadhajaafar 2 года назад
Dhugaa hatti mana kee sababa sirrati soqa jirtii male atti ittin balesine dagachu qabda 😭miskina senan kee kun sana kottin wal fakkata heddu gara nama nyataa dhuga rabbin jartii issi caltuu siif haa kenuu
@d.2074
@d.2074 2 года назад
Maalo 😭 shamaran kenyaa Mee jaalatani biraa orma hin filatan yaddaf haani iyyu irriyan Kon waagga lama xumuren gaala jedhen kontirata oson hin xumurin sababa maddamin Waal Lole jijiradhe kontira haara jalqabe 😢oson jaaladhun isaas dhabbe ofif burjajaya jiratan jira namanis waali galu dadhabe oson bekku waltu ta'a oso naga qabu dhukkubsatu Maratu ta'e jiirenya jibbe jiratan jira waallif yadda Mati naaf ta'a Gaafa allí Naf Mijate seena kooo agartu 😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤
@user-en2wq2cp2u
@user-en2wq2cp2u Год назад
❤❤
@afinani
@afinani 2 месяца назад
Nuu dhisii hadhaa koo
@teguisttolaa1066
@teguisttolaa1066 2 года назад
Wayoo jabadhuukaa Dasuu anilee Akkas ta'een jirraa dhugaa i😭😭😭😭😭😭😭😭
@dasemes3531
@dasemes3531 2 года назад
irraa nu haa bararuu kodeee
@rahiimaajalalatuum520
@rahiimaajalalatuum520 2 года назад
Rabbiin woliittii isiin haa debisuu dhiraa jechuun akkanaa dhugaa rabbii balleessaa guddallee hin qabduu garuu hanganumaa bektee dhifamaa gafachuun ketuu baay'ee nama gammachisaa jabadhuu 💗
@dasemes3531
@dasemes3531 2 года назад
baddin xiqqoo hin qabdufii yaa firaa koo
@mnhappyfamilytube9407
@mnhappyfamilytube9407 2 года назад
Wallahii nabochifte obbolessako rabbin sif halaffisu. Jalala dhuga sifqaba mucankuni rabbi jedhi hararamifii obboletti Kenya.
@dasemes3531
@dasemes3531 2 года назад
gallatomi
@jetojo5674
@jetojo5674 2 года назад
Jabaadhuu-hadhoo-koo-bilbilaa-baraa-kaan-waan-hunduu-qabaa-goftaan-sifi-jiraa
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 2 года назад
😭😭😭😭 dhiiraa gaariif dubartiin hin baatu bro seenaan kee hedduu nattii dhagahamee dhugaa rabbi garu wanti naafin gallee kayyoo si waliin jirachuu qabdi yoo ta'ee akkamittii si male murto fudhachuu dandeessee jiruu foyyeessuunis yoo waliin mari'atanidhaa?🎈😭❤💘💔💝 ilmaa Oromoo jechuun kunooti👌👌 Dammitu pls dhiifama kan caaluun jiru dhirrii akkasis ni jira jette osoo dhiifama kana fudhatte abbaa manaa kee akkasiti jaalala dhugaa si jallatu kana fudhadhuu jiru keettii deebi'iii😭😭😭❤💘
@dasemes3531
@dasemes3531 2 года назад
dhugadha sababni issaa jalaltii badhasaa rabbii gudaattii 0k
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@dasemes3531 matii naf tahime❤
@Sara-ge7qh
@Sara-ge7qh 2 года назад
Lakkofsaa eshii essaa arganaa video kanaa biraan geenyaa 😭😭
@dasemes3531
@dasemes3531 2 года назад
gallatomi birraa qaqabeera
@raeednaji7516
@raeednaji7516 Год назад
Akkamiree araratani rabini isini haa hararisuu
@hdks432
@hdks432 2 года назад
Wow mashaa Allaah dhiraa garii Akaana Argachun caradhaa 😭😭😭
@FayeDaret
@FayeDaret 24 дня назад
Ayzoo waqaayyoo nagaan siif haa galachuu Jireenyaa biyyaa ormaa hin ulfaataa😢😢😢
@user-yk4ct2up3y
@user-yk4ct2up3y 10 дней назад
Jalali arsaa qabba broo garuu jabadhu ishee defadhu😢😢😢😢😢
@sohadilee2306
@sohadilee2306 2 года назад
😭😭💔💔💔💔💔Uuuuuuffff Dhugaa Bayyee ulafata waqayoo jirenyaa kee sii haa milakesuu
@dasemes3531
@dasemes3531 2 года назад
ok galatomi
@hirkoo6480
@hirkoo6480 2 года назад
Dhiissii duriyyee biyyaa alaa janajantee ganaa dhigaa bottii, hiree siif haa basuu
@lelolelo3681
@lelolelo3681 2 года назад
Uuuuuuuuufffffff waqaayyoo jiraa pir koo isaa gufuu isinitii tae waqayyoo jiduu kesanii acabisuu isifii ifatuu jiraa adhokoo jabadhuu
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 2 года назад
Waaqayyoo isheef hadhisuu wayyoo yaa dubartii jabaadhuu atii Obboolessaa koo goftaanjira waan hundumaaf
@bireemucaakakuu692
@bireemucaakakuu692 2 года назад
Uuufff dhugaa kun anumaan kesaa jirudhaa 😭❤
@sadiyatahir7783
@sadiyatahir7783 Год назад
Rabbiin waaliti issini haa deebissuu innishaallaha
@zubeyadaarsiirobe8768
@zubeyadaarsiirobe8768 2 года назад
Uuuufff misakana Dhala tena fayyaa qabadu walahii namaa garii kana gate essaa hedii maaloo ittii debii sabotu koo
@muna4149
@muna4149 2 года назад
Waqayyoo walini siin deebisuu bro koo jabbadhuu akka dhuftuu Abdii qaba
@ajmanuae9873
@ajmanuae9873 2 года назад
Dammituu koo dhifaamma irraa hin darabini Jaalalaa irraati cuubbuu hin Godhiii
@wabeytube7714
@wabeytube7714 2 года назад
Dhuga ketii amshirii rabbii jiraa 🥰🥰🥰🥰💞
@jalaanegirmaa8300
@jalaanegirmaa8300 Год назад
Waqqayyoo tokkoo isiin haa godhuu ishaallaha 🙏🏻🙏🏻🥺🥺
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 2 года назад
Jabadhuu hadhoo koo homa mitti obsii!
@makiyayoutube6690
@makiyayoutube6690 2 года назад
Yaa Allaah jiruu biyya ormaa dhaquun nama hin dhibu galuu nama dhibaa maalee😭😭😭😭
@hannaakebede4858
@hannaakebede4858 Год назад
Waaqayyoo si haa gargaaruu dhugaa atii mootii jalaallattii jaabadhu ❤️❤️❤️❤️
@wabeytube7714
@wabeytube7714 2 года назад
Maashallah gaalltoomii dhuga rabbii 🥰🥰🥰😭😭
@usmankenno3686
@usmankenno3686 Год назад
Dhugaa yoo dubaane yoo yadaa biraa hin qabaane namnii gaafa manaa bayuu malee akka itii galuu rabbii bekaa seena kee kaa fakatuu mucaan takaa akumaa jartii tee tanaa isiin biyaa oraama inni biyaa kessaa araa kotuu boruu osoo jedhuu Isiin imoo xiqoo dalgaa osoo jeetuu woli hubachuu dhabaan dhumaa iraati yadaan woli dhabaan araa du.aafi jiruun isii hin bekamuu yoo lubuu jiratee yadaa kanaa laltee mali akka jeetuu bekuu bakaa jirtutii rabbii isii biraa haa jiratuu bayee namaa gadisisaa garuu atilee hin ariifaate natii fakatee jiruun biiyaa oromaa abbaa dhaqee qofaatu argaa meqaa kennatuu hadhaa fi matiin keenaa
@user-en2wq2cp2u
@user-en2wq2cp2u Год назад
❤❤
@asteralemu3490
@asteralemu3490 Год назад
Biya nama dhaqun nama dhibu biyaa ofii galuu nama dhibaa 😭😭😭😭
@lammiigalaan5744
@lammiigalaan5744 2 года назад
attii nama jalaalati abshir rabbii siif jiraa
@sadiyatahir7783
@sadiyatahir7783 Год назад
Wow masha Allah dubbii dhugaatii 😍😍😍😍
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Waan irraa Barannee Eegumsaa goototaa Nageenyaa Fayyaan dhiifamaa dhibeenis Nageenyaa jabaadhuu Rabbiin siifaana jiraa Amshiir Inshaa'allah du'aayii aswrwb/yooyyaa deemsis mariidha medicine gurriis Eegumsaa
@MakaTubes
@MakaTubes 5 месяцев назад
Dhuga atti yoo akkuma atti jettu kana yoo taate ati badi takkalle hin qabdu garau isin siila jireenya akkana bade kan keessati dhiira akkan tana arggattun nii ulfaata
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Of ilaallee dinqisiifataa of / of To'achuudhaa kan eeguu gurruma/riqicha ykn galaa Eebbisaa Addunyaaf harkiis waraanaaf wal'ansaa
@hafizabamecha5908
@hafizabamecha5908 Год назад
Utuma isiin dhiifama sigaafatteeyyuu cubbuun isiirraa hin bu'u .ati rabi qulqullummaa keetiin sihaa kiisu
@askelamergagaromsa3248
@askelamergagaromsa3248 2 года назад
Uuuuuuuuf dhugaa senaa garaa namaa nyatuudha waqayoo inni hundaa danda'u walitti isiin hadebisuu
@user-bu9pt6vd8w
@user-bu9pt6vd8w 2 года назад
amshiir homaa mitii yoo isiin rabbii arasee nu dhiyeesi 2 irratti
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 2 года назад
Waqqayyoo guyyaa eegee walitti isiin haa deebisuu addan isiin hin baasiiin ,bayee garaa nama nyataa obbolleessa koo seenaan kee😭😭😭😭😭😭
@burki7633
@burki7633 Год назад
Wwo hebifammii gotaa jalalaa waqayyoni walttidebbisse tokko sin haa godhuu
@tayitutube6246
@tayitutube6246 2 года назад
Uuuuuffff ana obbolotaa koo jireenyaa biyyaa hormaa kana
@DinqayyooDdd-ff7kj
@DinqayyooDdd-ff7kj Месяц назад
Ayii maal itti balesite dhiifama gaafata😭
@betimalaku6331
@betimalaku6331 2 года назад
Hawwii Koo kessaa innii tokko yerroo jalalaa kana irratii arigamudhaa😢🥰🥰🥰🥰
@muxyadinciise715
@muxyadinciise715 Год назад
Eghj
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Barachaa jiraa ammas nafaa gola barnootaa gaafa xiiqii Beekumsii gaafa xiiqii Geejjibni yaannis ittisaa dhaloota
@kadijaaarsiilixaakadijaaar3995
@kadijaaarsiilixaakadijaaar3995 2 года назад
Rabbii wolii isin haa debisuu
@vidhugaakeetivip2497
@vidhugaakeetivip2497 2 года назад
Mashallah.tabarakallah
@mesytasfaya1656
@mesytasfaya1656 Год назад
Walifibeka malee jirenyii biyaa oromaa hin ulifataa wananii walfi amanamdha bichaa walfi isiin hadhisuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞👩‍💻👩‍💻👩‍💻😭😭😭😭😭😭😭😭
@warkidubai1005
@warkidubai1005 Год назад
Rabbiin yonama jalatee onnee namota kamiyuu incabsini jalallani
@aweman5723
@aweman5723 Год назад
Uuuuuufii naminii akaa kiyaa midhamee imaa jiraa
@user-yh9wu2ih8i
@user-yh9wu2ih8i 3 месяца назад
Atii homaa balleessan qabduu ishiin sababa barbaadetii Siif immoo waaqayyo obsa siif haa kennu
@user-wf5nc3ke3f
@user-wf5nc3ke3f 2 года назад
Maalo seenaa kiyyaan waal fakkataa anis hiriyaa ykn kadhama kiyyaan yoon biyyaa bahuu waggaa 2 qoofaan hojeedha jedheen biyyaa bahee garuu waggaa 2 yoon xumuruu galuu hin dandeenye bayyee waal wooleele garuu jalaalii giduu keenyaa waan jiruuf waaliti deebinee
@alamitube1894
@alamitube1894 2 года назад
Ayii hunduu akkasuma
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@alamitube1894 matii naf tahime💓
@milkyet5873
@milkyet5873 2 года назад
Abshiir lubbuu akka walitii debitan abdiidha
@semirashemsu8461
@semirashemsu8461 2 года назад
Pls dhifama godhifi dammitu yaro hamma dhira akkasi argachuni caara barbachisa
@obseeshow9855
@obseeshow9855 2 года назад
Esheen kayyoo biraa qabdi obboleesa ati gowaa hin ta'in. Otoo jalaala kee qabate na hin egin Maa sin jeti.
@user-ku1kd2ug7d
@user-ku1kd2ug7d Год назад
Masha Allah bro
@starsphone5548
@starsphone5548 2 года назад
uuuuuuuuuuuffff waaqayoo walitii isiin hadebisuu
@simbookooiyyeesus1379
@simbookooiyyeesus1379 2 года назад
Uuuuuuuuufffffff gara.nama.nyaata bro koo💔❣❣❣❣❣🥺🥺🥺Dammituu.kootuu.debi,ii.mucaa.kanaf.plsee sistu.koo💔💔💔🙏🙏🙏
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 2 года назад
Kaan Rabiin siif Qodee Lalaa Jirtii
@dinbarufikadu2328
@dinbarufikadu2328 2 года назад
Ilmaa dhiiraa bayyee namati toluu
@fatiyatub6615
@fatiyatub6615 Год назад
Dhugaa heduu garaa naa nyatee 😢😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔
@milkyet5873
@milkyet5873 2 года назад
Ayii garaa namaa nyataa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Ittisaa Mooneet Beeksisaa wal dhageeffachuun riqicha barnootaa Bilisummaa jaalaatti/true Ifaa injifannoo dhibeen qabeenyaa HabibaaSiraaj aswrwb
@sadiyatahir7783
@sadiyatahir7783 Год назад
Yaa jiru biyyaa ormaa nama waali jaalatan addaan baasa uuuffii 😭😭😭
@senaaoromo1936
@senaaoromo1936 2 года назад
Mali garuu wali falaa malee namaa dhugaa wali hin aragatuu gara nayatee bro ko😭
@sudibiyasudibiya3784
@sudibiyasudibiya3784 Год назад
Ayii yadamituu esaa jiritaa mucaa marachufimo
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 11 месяцев назад
Wowowo wowowo 👍
@user-my8mq8ns5p
@user-my8mq8ns5p 3 месяца назад
Dhugaa,jalaalaa,dhugaa,rabiin,walinii,isiin,yaa,jirchinsuu❤❤😢😢
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 Год назад
Dhirrii akkanaa nii jirraa yerroo ammaa kaan cubudhaa
@AnuwerAman-yc2ys
@AnuwerAman-yc2ys 3 месяца назад
dhifmaa gaafachuun gaari garuaddan baasuu qabda
@sikkootube
@sikkootube Год назад
Anaa malee jiraachuu hin dandeessu hin jedhin ani ni jaaladha jedhi malee.dubartiin uffata Adiidha yoma san xuroofti.dhiiruma itti dhihoo jirutu isii faala.
@halimahalima9169
@halimahalima9169 Год назад
Wowowomashaallaa
@user-he9nr2oj9q
@user-he9nr2oj9q 9 месяцев назад
8231 yaadda hiriyaa koo kan walfakatuu qaba turee maal waya
@makiyaasiraaji7547
@makiyaasiraaji7547 Год назад
Mashaallaa Mashaallaa
@saliyasharaf8166
@saliyasharaf8166 Год назад
Dhiri akkana esaa argama yeroo kannati
@user-fx9vu6bh3o
@user-fx9vu6bh3o Год назад
Qophiin keessan bayyee namati tolaa itti hufaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Gzx OBN isoo isin tayee laftis irkoodha 1991fi 1999 Mijuudha Geejjibni yaannis waraanaa na dhorkatee
@assdtass2663
@assdtass2663 Год назад
Bayye nama gaddisiisu abshir nama Dhugaadhaan si jalatu rabbiin siif haa kennuu
@aysha4978
@aysha4978 2 года назад
Wly Bayee garanam nyataa jalala dhugaa borsuu nama gadisisaa 😥😥💔💔💔
@amenakebeto9960
@amenakebeto9960 Год назад
Rabbii wolitii isinii haa debbisuu😭😭😭😭😭😭
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@amenakebeto9960 matii naf tahime😍
@Sara-ge7qh
@Sara-ge7qh 2 года назад
Wly anii nin booyyee uuuuuuuuuuufffff
@zahraasanyiijawar6206
@zahraasanyiijawar6206 2 года назад
Uuuuuuffffff dhiraa akkanaa
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 9 месяцев назад
Uuuuuuuufffffffffff Rabini waliti isni hadebisuu💔💔💔💔😭😭😭😭
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 2 года назад
Wayii yaa miskinaa dhugaa waqqyyoo bayee garaa nama nyataa garaaf yaa lafisuu
@hawwiinkoojaannata9734
@hawwiinkoojaannata9734 2 года назад
Uuuf guurbaan fayyalessa ayii isiin yoona kan biraa janajana jirti
@bontuuambo3424
@bontuuambo3424 2 года назад
Eyyeen dhugaa janajaana baraa kana jirenyaa ballessee😅😅🤦🤦
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@bontuuambo3424 matii naf tahime❤
@afinani
@afinani 2 месяца назад
😂😂😂😂😂dhisii hadhaa koo soba barii 😅😅😅😅
@aashaaahmed4608
@aashaaahmed4608 2 года назад
Rabbi wali sin hafiduu dhiraa Akana miskinaa arge bekuu😭😭
@hanisami4011
@hanisami4011 Год назад
Dhuga heedu gara na nyaate bayyinan hin argamuu dhirtii kana akka carra malee❤😭😭😭
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@hanisami4011 mati naf tahime❤
@belayneshmekuria5024
@belayneshmekuria5024 11 месяцев назад
malloo dhifama goodhiif
@koketmargaa836
@koketmargaa836 2 года назад
Dhiirri akkanas inum jiraa edaa😥😥
@user-si4zy9ym3d
@user-si4zy9ym3d 3 месяца назад
Rabbiin woliti issin haa deebisu
@kakuumedia
@kakuumedia Год назад
Garaa nama nyaata dhugaa Waaqayyoo💔
@useruser-jt3vz
@useruser-jt3vz 2 года назад
Waqayyo waaliti isin haa debbisu obbollesako
@dinbarufikadu2328
@dinbarufikadu2328 2 года назад
Namni walitti isiin buusu ishif yaddee osoo hin tannee ishi miidhuuf maalif yo jette kan ishii achitti dhamate san harkaa fiixee booda demii gaara abba mana keetii jedhaan malee dhugummaan hadha mana kee fanaa jiraachuuf mitii wan fe,efuu atti dhugaa qabdaa ni jirata hooma mitii wan dhiphatuu hin qabatiin.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Harkarraa says Eegumsaa fi Beekumsii maatiin yaada dhaqqabne =ijaarsa gurriis Eegumsaa we organized ida'amuun Eegumsaa Eegumsaa harkiis rakkatee hawaasaa
@mumanimumani9406
@mumanimumani9406 2 года назад
Uuuuuuuuffffffff yaa rabbii 😭 😭😭😭😭
@abebaberahnu597
@abebaberahnu597 2 года назад
Waqyo wallitti issin haa deebisuu
@workur4828
@workur4828 Год назад
Dubarrii fi lotooriin kan isaan hin barbaanneef malee kan isaan barbaaduuf hin ba,an!!
@naanaatyoutube2947
@naanaatyoutube2947 Год назад
𝐌𝐮𝐜𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐨𝐨❤❤❤😢
@safia1290
@safia1290 Год назад
Eshin nama jaaltu qabdi baqa hyyyiiii mucan miskina wly yoo ishii jete yaada isa fudhate galte male ani hin ammanu anaa male jirachu hin daandetu jedha eee miskina wly hanga amma siima male jirta jirti muca oso gara murte baareda isheen yoona mana xalabatti bate ijaza jirti
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Dhiifamaa dugdaafi garaa/Obbolummaa deemsis asumaan du'atasa Geejjibni yaannis waraanaa qa
@AlemituBelay-u4f
@AlemituBelay-u4f 10 дней назад
Saa eebbisuu
@kokobekokobe2059
@kokobekokobe2059 2 года назад
Gara naa nyatee muccan kun dhugaa waqqayoo
Далее
Yeroo Jaalalaa
25:04
Просмотров 49 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:41
Просмотров 28 тыс.
БАТЯ И ТЁЩА😂#shorts
00:58
Просмотров 4,1 млн
# Yeroo Jaalalaa
27:43
Просмотров 48 тыс.
Yeroo Jaalalaa- Jaalalleewwan waggaa dheeraa warrooman
22:51
Yeroo jaalalaa
30:54
Просмотров 119 тыс.