Тёмный

Yeroo Jaalalaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 620 тыс.
Просмотров 24 тыс.
50% 1

Keessummaa Yeroo Jaalalaa

Развлечения

Опубликовано:

 

19 мар 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 332   
@fozi-ph6sw
@fozi-ph6sw Год назад
Yeerro kan hadhaa tahuu maalif like dhabee😢😢😢
@bekelu1151
@bekelu1151 Год назад
Osoo jalalaa ta'ee silaa Ayyii ❤❤❤❤hadhoo koo ♥️
@genetajman-jp1mc
@genetajman-jp1mc Год назад
Dhugaa keeti jetee maalif akkaa tahee hin beebu yeroo hundaa 😢
@annanimer-xc6gh
@annanimer-xc6gh Год назад
😢😢😭😭😭 uffe qaxalee mucaa gofta ebbifamii baga waqayyo si olchee kan iyyessa gargaruu waqayyo dha biiyya lafatiyyu fakenyaa tate asirratti wahe fayyisu waqayyo dubachun Kee ❤❤
@Gelila67
@Gelila67 Год назад
በለቅሶ ነው የጨረስኩት በጣም ጎበዝ በጣም ጠንካራ ቡርቱ ልጅ ነህ አንተን ትልቅ ቦታ እንጠብቃለን በርታ አባቴ ራጅም እድሜ ለእናቶቻችን 🥰🥰🥰🥰🥰የኢትዮጵያ እናት ልዩ ነት ክብር ለናቶች 😍😍😍
@destaaabebee6425
@destaaabebee6425 Год назад
Uuuufffff Harmee😢😢 waqayyoo umurii isaan siifyaa dharesuu obbolleessa keenyaa Jabbadhuu Waqayyoon Baga sii Fayyisee bagaa Sii Gargarrsees bagaa Milkofteese❤❤❤❤⛪️🤲🤲
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 😍😍💕
@lemunlomimidhaso6622
@lemunlomimidhaso6622 Год назад
Waqayyoo umuri ishi sifhadheresu lubuko ❤❤❤
@user-ou6ln3js5t
@user-ou6ln3js5t Год назад
አብሽሪ ካልተገፊ ዳገትን አይውጡም ሳይጨልም አይኔጋም በተሰቦችህን አላሀ ይጠብቅል እናት ረጂም እድሜ ከጤና ጋር አንተን የመሰለ አፈራተለች❤❤❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤
@buzunashdadhi4143
@buzunashdadhi4143 Год назад
Uuuufe olman haadha maalin debi'aa laata Harmee koo olmaa kee Maalin ibsuu qubee kamiin Siif barresuu akkamin Tarresu isaa kamii kaan Sii naaf ibsuu Isaa osoo nyaatin naa nyaachifte. Isaa ofii daartee anaa daraa naa baftee isaa atii Ofii kuufte anaan kaafte Isaa anaaf jechaa bifaa meqaa baafte mee maal jedhee siif ibsuu akkamin Olmaa kee debbisuu Ayoon hundaaf garaa laafti Hundaa ijaa tokkon ilaalti Dhalaa koo jetee watwatii Bahanii hangaa galaan alaa Ilaaltii afaani fudhatee namaf Laatii yaa waq dhalaa koo Jetee rabiin kadhatii ........
@sabbontuwallagga4904
@sabbontuwallagga4904 Год назад
Woow rabbii umrii harmekee sif haa dheresuu bro dhala hangafaa ta.uf itti gafatamumma gudda qabaa anilee hangafa naf gala rabbii umrii hadholi kenyaa hunda nuf haa dheressuu❤❤❤❤❤❤
@birahneetarikuu7442
@birahneetarikuu7442 Год назад
Uuufi sarekoo atii gobizidhumaa waaqayoo amalee saa jabesuu harmee Kenyaa umurii dheraa nuuf haa jiraachisuu😢
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Год назад
Uuuuuuufffeeee harmee kenyaa jechaa kamin ibsinaa jechii hadhaa kenyaa ittin ibsun hin jiruu dessuu kenyaa umurii nuf dheradhuu Waqayyooo bagaa sii gargaree oboleessaa kenyaa 💞💞💯
@teguisttolaa1066
@teguisttolaa1066 Год назад
Uuuuuufee waqayoo si haa ebbisu hadhoo koo dhugaa akka haraati bo'een bekku umuri imee kee sif haa dheresuu kaaa rabii ayyii 😭😭😭😭😭❤💋
@lelolelo3681
@lelolelo3681 Год назад
❤❤❤❤ jabaa dhiraa ebifamii mucaa kakuu jabaa akaa arimee ketii kutataa dhiraa bayee sijalanaa obolesaa afuraa ❤❤❤
@Daretube7319
@Daretube7319 Год назад
Yaa haadha ofii ❤️❤️❤️😢😢😢umurii dheeraa sif haa jiraatu waaqayyoo baga si fayyise ammayyuu waaqayyoo sif haa dabarsu jabaadhu!!
@urgoogammachuu3626
@urgoogammachuu3626 Год назад
Love ❤ 😍 💖 ❣ 💕 💘❤ Mother 👩 👨‍🍼 ❤
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 Год назад
Baga waaqayyoo dhumaa kee barechee dhugaa rabbit immimaan qabachuun dadhabee jabaadhu jabaa nama❤❤❤harmee kee waaqayyoo umrii siif haa dheeresuu❤❤
@singitanoromiyaa5087
@singitanoromiyaa5087 Год назад
😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤waqqayyoon umri harmee keti sif haa dhereesu jabadhu jireenyi biyyaa lafaa qorumsaa bayistusi atti darbite jirataa bagaa milkolfte 🌷🌺
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 Год назад
Goota koo Obboleessa koo jabaadhu baga wqy si gargaaree 😢😢😢😢😢😢
@gizuutube413
@gizuutube413 Год назад
Uuuffuuu bay'ee gara nama,nyataa,seenan kee bro koo Waaqayyoo in halla hundummaa kessati sii gargaree haa jajjammuu Waaqayyoo hadhaa kee umurrii siif haa dheresuu😢😢
@abraralzaabi7636
@abraralzaabi7636 Год назад
baguma waqayo asini si gaye jabadhu olamani hadha ofi bayedha ❤❤❤
@derartubonsa-bq1jn
@derartubonsa-bq1jn Год назад
Bagaa waqayoo sii fayisee harmee kee umuri dheraa sifi haa jiratan🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kulanimengesha9936
@kulanimengesha9936 Год назад
Anii utuumaa haadhaa koo bonsitukoo olmaan atii naaf oltee naraa bahee hin dhumuu kanaan hin gahuu siif gocchuun koo uuuphaa harmee.❤❤❤❤❤
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Uuuuuufffffff yaa qormataa biyyaa lafa baga waaqayyoo sii fayyiisee obbooleessaa koo harmee keetis umurii dheeraa fayyaa guutuu haa kennuuf barrii ni darbaa baga milkooftee qaxalee nama😍😍😍
@meseretgirma4320
@meseretgirma4320 Год назад
Bagaa waqqayyoo sii milkessee harmee kee umuri siif yaa dherattuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@masaratmasarat7383
@masaratmasarat7383 Год назад
በጠም ደስየሚል ታርክ ናው እግዚሐብሔር ለናት ለቴሚ ዘማናቹ የታበረከ የሁን አይዚበርታ
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️💚💚💚😍
@burtukanolii7620
@burtukanolii7620 Год назад
Uuuuuuuf 😭😭😢😢 jabba mucaa Waaqayyoo wagaa kumma sif yaa jirachisuu
@tiruneshshentama1950
@tiruneshshentama1950 Год назад
Love of mother is above all!
@ayyantudibaba8142
@ayyantudibaba8142 Год назад
Uuuffe l love my mother ❤❤❤❤❤😢😢😢
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💚💚💚💚
@seenaakiyyaa4781
@seenaakiyyaa4781 Год назад
Uuuuufffff 😭😭💔 waari harmmee qaabdaan hinumaa carimtaan dhugaa wqyo umurii sani rabii sif haa dheeresuu obboolleesaa ko❤❤❤❤
@boontuuwaraawalisoo1048
@boontuuwaraawalisoo1048 Год назад
Waaqqayyoo umurii dheeraa siif haa jiraachiisu 🙏🙏
@alimeebadhaso2891
@alimeebadhaso2891 Год назад
❤❤❤ haremee koo rabii urim isi dhufi haadheres
@Waaqayyo_arjaadha
@Waaqayyo_arjaadha Год назад
Haadha....harmee❤😢 Umurii nuuf dheeraadhu aayyoo teenya😢😢🙏
@keennaatube8046
@keennaatube8046 Год назад
Waqqayoo Umurii dheeraa siif haa jiraachisuu Obboleessaa koo uuuuuuufffffff dhugaa waan Addatii Anaaf kunii 😢😢❤❤❤❤❤❤❤
@user-rn6lp1xi5n
@user-rn6lp1xi5n Год назад
Waqayoo.barakee.gutuu.saa.ebiisuu.ebiifaamii.hatiikees.umuurii.siif.haa.dheeraatuu😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@hannabarecha8808
@hannabarecha8808 Год назад
Abaa kumako Abaaketisi gara waaqaayo demusa Namagadisisa Abaa dhabuni 😢😢😢😢😢😢😢😢
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 Год назад
Mucaa qaxalee kana baayyeen jaaladha kabajas ebbifami ❤
@missertne4323
@missertne4323 Год назад
Uuuufee Baga waqayyoon Si fayyisee Armeen umurii dheeraa Nuf haa Jiratan,🥰🥰🥰🥰🙏
@thikiesthikies9086
@thikiesthikies9086 Год назад
Uuuuuuuuuuuufeeee akkasumaa naa mudhateraa kunii ebifamii hadhookoo waqayyoo barafii jirenyaa kee haa ebisuu hadhookoo 😢😢😢😢😢😢❤❤❤🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲
@almaztaraz9929
@almaztaraz9929 Год назад
Uuuuu harme koo waga kuma jiradhu anaf hati koo jirenya koti isinin ife jiradha harmen ofi gadisa ifa biftuti🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@sisayicaalaa5343
@sisayicaalaa5343 Год назад
Mama❤️💕❤️💕❤️💕💕🙏😭😊
@taikass2990
@taikass2990 3 месяца назад
😢😢😢one of the best love story I’ve heard 😢
@muzayyanoromiyaa1494
@muzayyanoromiyaa1494 Год назад
heduu namatti tolttuu harmee tee umrii dherttuu siif haa kenuuf❤❤❤❤❤❤❤
@hadhaako
@hadhaako Год назад
Uuuuuuuuuuuuuuuffffff 💔💔💔💔💔🥺🥺goftako Waaqayyoo umurii sifaa dheeresuu rakkinii biyya Lafaa kanuma garumaf ta,a🥺💔🥺
@asterdidu9478
@asterdidu9478 Год назад
Jabadhuu naan ashawaa meedatii siin beekaa ❤❤❤❤❤
@seenadachassa4627
@seenadachassa4627 Год назад
Waqaayo Umurii harmee keeti siif haa dheresuu 😍😍😍
@user-ux5fh8vy7g
@user-ux5fh8vy7g Год назад
❤❤❤❤❤ mashallaa mucaa gobbazzi jabadhu amalle harmee tee umrrii isi hadherrsu ya hadhaa ofii love harrme tiyya ❤️❤️❤️❤
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 Год назад
Uffu waaqayyo umurii siif haa dheeressu hunda dandessu haadha ofii 😢😢😢😢
@ayshahayshah4490
@ayshahayshah4490 Год назад
Anile osoo naa dadame olmaa matii kiyaa naa olaa galatefachu fedha garuu amafi biyya ormaa jiraa
@zueyrooto9671
@zueyrooto9671 Год назад
Wow bayee namati tola ebbifami
@mindfeed5972
@mindfeed5972 Год назад
Olmaan haadha madaala hanga hin qabu. HARMEE hundaaf umurii dheeraa
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 Год назад
Uuuufffff ebbifami waaqayyoo gooftaan saa eebbisuu jabadhuu kana caalaa waaqayyoo saa gargaruu
@marykheetan813
@marykheetan813 Год назад
Mamiii hadhaa hundaa ❤❤❤❤❤❤ anis Guyyaa waqayyoo jedhee olmaa kee naan ibsaa maamiyyee Koo imamaan Koo qabachuu dadhabee hojiin gargaar nuu fageessuus . bakka jirtuutti naaf jiraadhuu deessee koo❤❤❤❤❤
@tsegayemamo8197
@tsegayemamo8197 Год назад
No words!just crying! Baga Waaqayyo si fayyisee,kayyoo keetti milkaayi
@G-hs8fy
@G-hs8fy День назад
😂😂😂😂😂😂waa,iii haadhaa nufii jiraadhaa waagaaaa murteesuu hin dadda,uu
@eshetuhordofa8171
@eshetuhordofa8171 Год назад
Olmaa haadha homaame hin dhumuu, waqayyoo umrii siif yaa dheeresu harmee obboleesa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Год назад
Uuuff baga waqqayyoo siif fayyise obbolata keenyaa🙏🙏
@BurtukanAyela
@BurtukanAyela Месяц назад
Uuuuuufffff olmaa haadha maaltu baasa ❤❤❤❤❤❤
@lemunlomimidhaso6622
@lemunlomimidhaso6622 Год назад
Obolesa kenya ati malo ❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@belayche4050
@belayche4050 Год назад
Long lives for your mum ❤❤
@daraartuubaqqalaa2968
@daraartuubaqqalaa2968 Год назад
Waqayyoo Umurii dheeraa siif haa jiraachisu❤🙏
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 2 месяца назад
Uuuuuuuuuuffff 🥲🥲🥲 hadhaa ofi ABA malee naa gudistee anafii obolotaa Koo
@bettyabdisa516
@bettyabdisa516 Год назад
Mucaa Biyaa abbaa koo 😢😢😢😢homaa miti 😢😢😢
@user-gz2pp6iu6s
@user-gz2pp6iu6s Год назад
Waaqayyo gooftaan umurii isan siif haa dheeressu♥
@diinqeeshifara753
@diinqeeshifara753 Год назад
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢olman hadha imamee hin dhumuu
@asteraster7321
@asteraster7321 Год назад
Uuuuuuffee harmee to umurii dheraa Naf jiradhuu 💓💓💓💓💓 Omaa mitii waqayyo jiraa
@TesemeGirmaa
@TesemeGirmaa 15 дней назад
Haramtee tee Umurii sifii yaa dheratuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ranirak3042
@ranirak3042 Год назад
Harmee.kee.waqyoo.urmiiera.sikenuu🤲🤲🎉🎉
@hannabarecha8808
@hannabarecha8808 Год назад
Hadheko waaqaayo ebbifama hadha ofi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@masaretcity5093
@masaretcity5093 Год назад
Uffee hadhoko bayeen bohee dhugaa waqaayoof waanti dadhabamu hin jiruu uffuu broko waqaaayo umuri dheraa issinif haa kenuu haadhoko
@ComCeill-bo8xd
@ComCeill-bo8xd Год назад
Waqaayyoo umurii ishii sif Haa dhereesuu jabaa ilmaa
@keennaatube8046
@keennaatube8046 Год назад
Uuuuuuufffffff Armee ofii 🥺😭😭❤❤❤❤❤❤❤
@birtudiroohammasabdiijiraa8858
Waqayyoo umurii isaanii siif haa dheeresuu harmee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KayyooMedia-gd9df
@KayyooMedia-gd9df 5 месяцев назад
Uuuuuuuuuuffffffffeeeeeee qaxalee koo gobazii mucaa jiradhuu bagaa waqayyoo kessaa sivdabarsee❤❤
@mekedesbelete9666
@mekedesbelete9666 Год назад
Uuuuufffffff harame umuri nufa yaa dheratu homotu eshi hin gittu ❤❤❤
@tolashigooftaa1276
@tolashigooftaa1276 Год назад
uuuufffffff waqayyoo umurii siif haa dhersuu ❤️❤️❤️
@kidsvideo583
@kidsvideo583 Год назад
God bless you bro❤❤❤
@wabiitube430
@wabiitube430 Год назад
ani ileen guyyaa tokko waa'ee olmaa maatii kootti nan dubbaadha jedheen yaada yoo waaqayyo jedhee 😢❤❤
@hawwiitolaa1919
@hawwiitolaa1919 Год назад
Waqayyoo ummurii siif haa dhersuu ❤️❤️❤️❤️
@shaltoonaser3220
@shaltoonaser3220 Год назад
UUUUFFFeeeee yaa harmee ofii❤❤❤❤❤❤❤❤
@rafimajama4279
@rafimajama4279 Год назад
Wow obbolleesa keena qaalii ❤❤❤olmaa barreeda olltef haarmee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@adamaalamsaee
@adamaalamsaee Год назад
Waaqayoo umurii isan siif haa dheeressu❤❤❤❤❤❤
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 8 месяцев назад
Harmmee koo Umurii nuuf dheeraadhuu ayyoo teenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kulanimengesha9936
@kulanimengesha9936 Год назад
Harmee olmaa harmee maliin basuu.❤❤
@mariamaria3151
@mariamaria3151 Год назад
Uuuuuuuufffffffffeeeeeee waaqayyoo baraa kee haa ebbisuu nama,waaqayyoo ebisee atii sena bay,ee uuufffee uuufffee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@roberajesuus4416
@roberajesuus4416 Год назад
Uuuuuuuuufff waaqayyoo umurii isan sif dheerressuu ❤❤
@kumeedamana7163
@kumeedamana7163 Год назад
Uuuufeee umurii dheraa sif haa jirachisu ❤❤
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 Год назад
Waaqayoo baraa namaaf dabarsaa gadii lalaa hin haafuu namnii saa bagaa waaqayoo sii gargaree hadhoo koo 😢❤❤❤❤
@kebiyabush1353
@kebiyabush1353 Год назад
Umurii dheeraa siif haa jiraatan 💖💖💖💖💕💕
@safaa7264
@safaa7264 Год назад
I'm very sad I can't stop crying 😭😭😭
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 Год назад
😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉uuuuuuffffffffff
@ijarsaahamiileedhalootatub6175
Waaqayyo nama hin gatuu haatiike diirqaama isani bahataanii atilee jiiradhu nama gari akakee qabachuun ebba guddadha matiikef biyyaketifu miilka'ii
@tigisttigist7842
@tigisttigist7842 Год назад
Baga waaqayyo sini fayyisee❤❤❤hadhokoo
@mobileplus6425
@mobileplus6425 Год назад
Waaqayyoo humuuriisaani siifadheereesuu❤❤❤❤
@SaraSara-me7uk
@SaraSara-me7uk Год назад
Eebbifami jaba nama isaa caaluutti darbi
@jamessimiyu464
@jamessimiyu464 Год назад
Uuuuuuufffee ebbifaamii 💔💔💘💘 harmeen kee umurii dheeraa sif haa jiraatu halkaan adaa bultee ganaama kolfitaa😢😢😢😢😢😢
@cyntiahabebesh7428
@cyntiahabebesh7428 Год назад
𝐔𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐧𝐲𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐰𝐥𝐲😢😢😢
@bashedu656
@bashedu656 Год назад
Monii bareedduu koo bagaa nagan dhuftee keessuma kee qbatetoo❤❤
@alhamdulilha6065
@alhamdulilha6065 Год назад
Uuuuuuuffff 😭 😢😢❤
@ebiseabara7348
@ebiseabara7348 Год назад
Uuufffff waayii hadhaa ofi😭i ❤❤❤🙏🙏🙏
@ebiseabara7348
@ebiseabara7348 Год назад
@sinbonee5701
@sinbonee5701 Год назад
Waqaayyoo umurii sif haa dhereesu❤❤❤
@bekelu1151
@bekelu1151 Год назад
Olmaan hadhaa bayyeedha ♥️♥️♥️💔💔💔😭😭😭😭
@girmatufa1306
@girmatufa1306 Год назад
Jabaa Namaa Jabaadhu ammayyuu,milkaa'i!!!
@sarade3477
@sarade3477 Год назад
Uuuu Bagaa waqqayyo si Gargaree Hadhaa Ofiii❤❤❤❤
Далее
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame.
23:43
Просмотров 41 тыс.
Jaalala ijoollummaa
26:57
Просмотров 54 тыс.
СЛУЧАЙ В ЧЕРНОБЫЛЕ😰#shorts
00:19
Просмотров 327 тыс.
МЕГА ФОКУС С ЧИПСАМИ
00:42
Просмотров 283 тыс.
ЭТОТ ПЕНЁК ИЗ PLANTS VS ZOMBIES - ИМБА!
00:48
Воскресный утренний стрим!
1:00:16
Yeroo Jaalalaa
21:08
Просмотров 62 тыс.
Yeroo Jaalalaa
23:17
Просмотров 19 тыс.
Yeroo Jaalalaa
22:14
Просмотров 37 тыс.
Imaanaa Imaltuu Kutaa 2ffaa
16:47
Просмотров 15 тыс.
Yeroo Jaalalaa
17:30
Просмотров 18 тыс.
FiB: Sabboontuu Ahimad
2:39
Просмотров 1,1 млн
Моя Жена Босс!
0:40
Просмотров 8 млн