Тёмный

Dargaggoo Jaalalaan Miidhame. 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 620 тыс.
Просмотров 41 тыс.
50% 1

#Yeroo Jaalalaa

Развлечения

Опубликовано:

 

25 мар 2023

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 330   
@mammam9172
@mammam9172 Год назад
Obboleessa ati durayyu osoo hin jaalatiin ishee fuute kanaaf tarii jaalala isheen siif kennite kennuufi dhiisuu danddeessa isheetu si jaalate malee ati hin jaalanne waan ta'eef ati gatii itti baaste qofa odeessita yeruma waliin turtes kanuma yoo itti haasofte sana jalaa bahuuf imala ishee gara biyya Arabaa taasiste ta'a qophiin yeroo jaalala saganttaan bayyee jaaladhudha garuu dhiironni baayyeen miidhanii miidhanii dhufaniit nan miidhame jedhanii odeessu
@debatolera
@debatolera Год назад
Gatii itti baase jettee haasawuuyyuu hin qabdu turte! Ta'us naaf haa deebistu jechuunkee dogoghora 2ffaadha. Miidhaniii deemuurra, miidhamuutu caala❤
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
Dhuguma keetii jeetee yeeroo calqaba dhiraa birrii ittti bayise gaafatu jalala ishee oso hin tanee qarshi isa marare kkkk
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚
@sumeechanal185
@sumeechanal185 Год назад
Dhugaketi
@sabbontushow
@sabbontushow Год назад
​@@desistuutube3083 maatii sif ta'e lubbu
@dearbabbh
@dearbabbh Год назад
Matiii nafi taha me qalii ❤❤❤❤
@kiyakiya3521
@kiyakiya3521 Год назад
Era ati jalala maltu si qabe ecu arera wayyii biri barbda dhufte😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚
@HawiBekele-pd1ll
@HawiBekele-pd1ll 2 месяца назад
Maloo obboleessa biri jalataa moo ishii jalataa shemii naa qabsiistee
@askaledechasa501
@askaledechasa501 Год назад
Dhugaa dubachuuf oromooko ani akka dhagefataa tokkoti qophii yeroo jalaalaa nan hordofaa garuu harkaa dhibaa keessaa //30//100 qofaa wanti dhagefaachuuf nama hawatuu 😢
@tejetuteje3593
@tejetuteje3593 Год назад
Atii kan dhuftee midhamaa jaalala ishiifii osoo hin ta'in jalala qashii ketiif dhutee midiyaa gubaa
@asetashoma8755
@asetashoma8755 Год назад
Ani arabba jira abba mana kotif kuma dhibba 300ergefi ara gin wali lole jiraa hudumafu dubari dhira hin amanina weyim aba mana kot hin hafne weyim biri koti hin hafne ara kino kushuna madami kesa jira tehus abdi kutu hin qabu boru kana oli tehu qaba gn wari dhira amala kesan siresaa
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@misramohammed7613
@misramohammed7613 Год назад
Wly dhuga anis wagaa shani itti dalage waan hundaa kessaa bahe alhamduliha dhiraa bara kana wly birri qofa nama barbadani anii irraati erguu dhise jenani na dhise
@asetashoma8755
@asetashoma8755 Год назад
@@misramohammed7613 wayo gn dhugum dhir jalal nama barbduu jiraa gn yero toko toko barums sif taha hom mit nu boru ni argana gn jirenya jene biya bane hara wan lachu dhabu kiy baye ofit gada tehus aka jabdhu na godhe bagum asit wal lole jedhe odu biy tehe nan mardhayu harak duw tehe asit gn waga dabalus nan hojedh galata rabi faya qaba
@misramohammed7613
@misramohammed7613 Год назад
Jabadhuu atii oboleeti ko dhiraa amma birri qofa barbaada kanafuu atii isaa olii tahu yadi wly anii sababa isaa jedhe samuu ko qabe ole
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕😍😍😍💚💚❤️❤️
@Amsallu
@Amsallu День назад
Bagaa.sii.dhistee.attii.gowwadhayu
@phonehouse660
@phonehouse660 Год назад
Yaa obboleessa Koo ati duraama waa,eeni jaalala siif hin gaale 😂😂😂
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Isin jaalannaa Beekaan Eegee beelaa dafee Dhagaha Abbaa jifaar jaalaltuu Uumaa yaannis Eegumsaa gzx Mudannoo mallaszenawii
@hannabarecha8808
@hannabarecha8808 Год назад
Hadheko wajijirate jita bari Nama jalete Qashi jalalacalabari.Nani.Lubbuko ofitu.Namakena. dhisifi.ati.hobadhu hojedhu waaqaayo kake sifabesu ❤❤❤❤❤❤❤ S
@luldirisaa8851
@luldirisaa8851 Год назад
Dhugaa mucitii nii jalalaa ibektuu dhugaa
@rosarosa9032
@rosarosa9032 Год назад
የኔ ምስክን 😊😊
@burtearsi6759
@burtearsi6759 Год назад
Yaa obbollesaa koo jalalalee kee groupuma sana kessaati jarsaa argatee dhiisii ati bagaa dhiftee, bara kana enyumutu walif amanama hin jiruu ,ishee. Biyaa arbaa deebete in biyaa kesaa qarshii kiyaa jalaa nyatee nakadee jeetii😊in biyaa kesaa ammoo isheen biyaa ormaan demenan naati jijiramate jedhaa malifi walii qorun barabachisee yaa sabaa koo😢😢
@sifaantube
@sifaantube Год назад
Matii naf ta'ii sanyii koo ❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚
@sifaanrabira
@sifaanrabira Год назад
Dhugadha sistu kuni
@hawwiimucaakakuu4123
@hawwiimucaakakuu4123 Год назад
Obbolesaa koo ati durumani homaa sifii hin galee sababii isaa otoo ishee iraati adaa batee iyyuu hiccitii dhufaa keessani basuu hin qabduu turtee sababii isaa ati gatii kee waqayyoo biraati argataa waani ta, eefi achii bodaa imo obbolesaa ishee hadhesuu hin qabduu turtee sababii isaa akumaa rakkini jiruu argachuu jiraa waani ta, ee garuu ati gowwadhaa
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
😂😂😂😂😂😂😂😂jalala oso hin tanee qarshi gafacha jirtami maqa walaga ballesa jirata gurba birrii yeeroo jalala latefi hardha moo fiddii jeta kkkkk 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😊😊😊😊😊
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤❤
@semirahabi
@semirahabi Год назад
😂 dhuguma keti
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
@@semirahabi dhugaa argadhu
@user-jv2gp8jc8j
@user-jv2gp8jc8j Год назад
Kotu hin nyataa😂 kelb
@hawwiimucaakakuu4123
@hawwiimucaakakuu4123 Год назад
Dhugaa keeti wallagaa Biyyaa Abishee Garbaa ❤❤❤❤❤❤I love you wallagaa koo ❤❤❤❤❤
@hfhugfrghgc7442
@hfhugfrghgc7442 Год назад
Muniti attii biyyaa kessaa jirenyi qalaye kanaa kesati akamitii danadetee akkatii barechifataa mashaallaa
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 Год назад
😂😂😂😂😂😂
@ayantu5728
@ayantu5728 Год назад
Oduu wayii ati waanuma jaalalaayyuu hin beektuu kan akkakeetu mataa nama hidhaa muuuuuu boo'icha hin beektuu dhaqii dhagaa guurii jedhan mamaaksa
@ayitejackline-sx1wv
@ayitejackline-sx1wv Год назад
Moneet bagaa nagadha dhuftee bareeduu Namaa jiradhuu
@romylove2195
@romylove2195 Год назад
Wayyoo wayyoo hanbisaa nan kolfee 😂😂😂😂😂argaa kee dammee si galafatee😮😂😊
@bashadubiruu444
@bashadubiruu444 Год назад
kkkkkkkkkkl
@xayibaxayiba1216
@xayibaxayiba1216 Год назад
Dhuga keeti sii haa deebifatu argaa isii😊
@branibru3180
@branibru3180 Год назад
Wayoo inafaa kanaa malumaa gonna ijollee infanii kunii manaa namaa bayee diigee wayiii😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😂😂😂😂
@aemeromedia
@aemeromedia Год назад
engaging info! 💪
@ayitejackline-sx1wv
@ayitejackline-sx1wv Год назад
Garuu obbolessaa koo midhamtes garuu dhisii omaa mitii atii irree kee argatee
@Sariisarii7070
@Sariisarii7070 Год назад
Naaf haa deebiftuu iccii namaa akka kan argee hin beeku😂😂😂😂
@asterashetu9595
@asterashetu9595 Год назад
Kkkkkkkkkkk
@dearbabbh
@dearbabbh Год назад
Matii nafi taha
@mikelabbaakoo
@mikelabbaakoo Год назад
Hhhhhhhh😂 mamadoo baraa kaaan 😅
@user-is4gm7hr7x
@user-is4gm7hr7x 5 месяцев назад
Qophii jaalalaa mooneet ati qofti osoo nuuf dhiyeessitee hamdiyaan gaafa namni boohu ni kofalti kanaafuu na aarsiti
@MamudMieso-vk7sd
@MamudMieso-vk7sd Год назад
Kun bayyee gowwadhaa Namoota akkanaa. Midiyaa irraa hin fidinaa kun midhamaa jaalaala hin qabuu kanaf
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Yoo dhageenyee sochii onnee Gaaddisaa Ummataaf Humni barsiisuuf Beekumsii humna dhageeffatu sciences Eegumsaa Barattootni ifaa
@caaltuushow8470
@caaltuushow8470 Год назад
Gababumati birri naf ya kenituu hin jetuu kotu hin nyataa abban lataa argaa kee
@ritalebanon4761
@ritalebanon4761 Год назад
Kkkkkkk
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💚😍😍❤️
@msoxy5060
@msoxy5060 Год назад
dhugaa ketti obbolesaa koo yarattuu nama wana kessaa dabaraftee hin bekketuu
@rahaoro7140
@rahaoro7140 Год назад
Hiin nyataa kootuu 🤔🐒
@fatimajebral
@fatimajebral Год назад
Duran bo'a ture 😢 inni hadha imoo nama kolffisisa😁😁😁😁😁😁
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚
@siifanjesus3149
@siifanjesus3149 Год назад
Kunii jalaala dhugaa natii hin fakkaatu maliif ati ammaa qarshii sana iirrattii hundoofttettii malee jalaala miti shamarrii tokkoo tokkoo immoo abbaa mana kessaan biyyaattii dhiftaani ergaa dhuftaanii mal jettaniit dhiraa biraa hasoofsiistu😢
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💕
@BarechaMerga
@BarechaMerga Год назад
Dhugaa keeti qashtii koo hhhh.
@Hayeetuu1921
@Hayeetuu1921 10 месяцев назад
Ishee jaalatte erga dhabdee horii kee dachaan yoo sii deebisteyyuu maal siif godha🫢
@Iftuu761
@Iftuu761 Год назад
Ayii miskini maree sii hin gahuu midaan ji'a lama qaama gutuu qabda atis hin hojeetuu 😂😢😅 uuuuuu mucan ammalee gana jidhaadha😢
@milkyet5873
@milkyet5873 Год назад
Uuuuuuffff yaa rabbii gowwaa nuraa qabii malii dhiruuma kiftafii kana na jibisisaa
@bonaamokonen
@bonaamokonen Год назад
Kkkkkkkkkkkk
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Fayyaafi jaalalaa argaan Barsiisaan gzx Mootummaan biologist biruma deemsis Mariidha Olmaan hojiinis harkumaa(Uumaa duraa Caqasii fayyaan qabso dhibeenis Nageenyaa yaadaa
@ZenuLata-gp2zy
@ZenuLata-gp2zy Год назад
Kkkkkkkkkk bagaa sii dhistee kunii hawasayaa hin hin beekuu🤭🤭😂😂😂
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Год назад
😂😂😂😂😂ክክክክክ
@singerbiraanedhaaba857
@singerbiraanedhaaba857 Год назад
Haasumaa isaa keesaa waanumtii tooko fuudhatama qaabu hin jiiru kunii biirii baarbada maale ishe mitii
@bonaamokonen
@bonaamokonen Год назад
Gowwaan hin dhalatini dhalatuus hin guddatin jedhaa oromoon kkkkkkkkkkkkkk mali kun badi asi dhiiraa maqaa hin nyaatini faxochee where are you I love you faxe koo down down mamadoo don't ask money
@medinahaji9709
@medinahaji9709 Год назад
Kolfaan du'e 😂😂😂😂
@user-ic6nk3rl5w
@user-ic6nk3rl5w 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@meetitamasgeen5878
@meetitamasgeen5878 Год назад
Kkkk mucayoo ishee biiyaw arba jirituu baalesaa tokkoyu qabadu dhugaa
@sumayaayeeshawalij9158
@sumayaayeeshawalij9158 Год назад
Kkkkkk kunis jazbaa maliitii dhugaa jalala moo malaqaa uuuuuuuuuf gowaa
@masaratmasarat7383
@masaratmasarat7383 Год назад
👍👍❤
@TarikuFikaduTarexman-om6xb
@TarikuFikaduTarexman-om6xb Год назад
Qophiin jaalala keessan bareedeedha
@tisgekaafniinama1538
@tisgekaafniinama1538 Год назад
አከ ገርጋሳ ጃለላ ስፋተሁ መሌ እሺራ ኦማ እንበርባድን
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Год назад
❤️❤️❤️🥰🥰የኔ ቆንጆ 😂😂
@AlfanurTube
@AlfanurTube Год назад
Jazbaa ta'uu kee bartee si dhiifte isheenu
@hfhugfrghgc7442
@hfhugfrghgc7442 Год назад
Obolesaa asalii
@amadumusa9079
@amadumusa9079 Год назад
Ayiii abbeeee habshiir
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕❤️❤️💚💚😍😍
@abdiinkooamanammaadha4091
@abdiinkooamanammaadha4091 Год назад
Baga si dhiistee wly nama dabbaarta😏 Isaayyuu akka waan isheen qofti si jaalatte maa fakkeessita sobdee atis jaalattuu malee waliin jiraachaa turtee focii soba dhugaa hin fakkeessin jaalalan miidhaamte miti qarshiif jecha OBN kortee malee
@sisayicaalaa5343
@sisayicaalaa5343 Год назад
Baga dhiftee Kana Gowwaa Kana Malii itti Gootiyuu silaa🤣🤣🤣🤣😜🤦‍♀️
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Год назад
😢😢akas hinjeedhiin atii dhiiraa miitii??
@sanniitubedhagaagoleeqajel332
😂😂😂😂
@rawass0cell715
@rawass0cell715 Год назад
Ballesaa hin qabu ini akka kootti
@sarusabontu5918
@sarusabontu5918 Год назад
dhugaa kun birii qofaa barbda nafii yadebstu jedhem 🙄🙄😂😂
@kuulleeyoutube3970
@kuulleeyoutube3970 Год назад
Dhugaa keeti 😂😂
@bontotube9190
@bontotube9190 Год назад
Dhiirii walga hubdii of irraa dhoftii garuu osoo of hubaatani gariidhaa jama
@uaerak2375
@uaerak2375 Год назад
Gowwan hin dhalatin😀😀😀😀😀🤦‍♀️
@sisayicaalaa5343
@sisayicaalaa5343 Год назад
😂😂😂❤
@emmanuelhabte4672
@emmanuelhabte4672 Год назад
Beganagaaduuftenii
@sifaantube
@sifaantube Год назад
Matii naf ta'ii sanyii koo ❤🎉
@romylove2195
@romylove2195 Год назад
Bagaa si dhiftee isheen musilimaa atii kiristanaa us bagaa si dhiftee
@kamalliwa4809
@kamalliwa4809 Год назад
Amaa haa qabamtu jedhaa.moo biirri haa ergiituu jedha porososi toko toko xumurara jechuun isaa poolisa achii erguu hedaa laata sii dhumate faaxe sobdu
@user-nq9ki8qi3v
@user-nq9ki8qi3v 3 месяца назад
Xonnuumshii hinqanooftiu kadha dhuuftee edaa kunii malii namaa dabbaraa kkkkkkkkkkk😂😂😂😂😂😂 horikoo jedhaa
@hanakatema1463
@hanakatema1463 Год назад
ayyii karuu koo jartii hin dhabduu moo hhhh malo hadhoo koo🙄😒😃😃😃
@AaAa-ye6ii
@AaAa-ye6ii 2 месяца назад
Dhugaa
@mikelabbaakoo
@mikelabbaakoo Год назад
Hhhhhh mamadoo jalalalaaa irraa birr filataaa abboo 🤐 affaan qabaduu baraa kaan garuu birr qofaa jalatuu namani baraa dhumaa baraa kaan jiraneef du, ee hin bekanuu dhugaa. Baraa jalalalii ittii badee . Namani akkaa midhanii Waal nyataa 🙈🙈🙈
@enyumawarke1902
@enyumawarke1902 Год назад
Gurachii kunii badda dha😂😂
@Meski12445
@Meski12445 Год назад
😅😅😅😅
@tadaalechiigeta
@tadaalechiigeta Год назад
🤣🤣🤣🙈
@tadaalechiigeta
@tadaalechiigeta Год назад
Malii kuni dhugaa dhifamaa yoo jetee
@kiyyaayoutube6050
@kiyyaayoutube6050 Год назад
😅😅😅😅😅kotuu nyaata
@Tom-bu8uj
@Tom-bu8uj Год назад
"Jalalaan midhamuu irra beelaan midhamu woyya" Tom
@sanniitubedhagaagoleeqajel332
😂😂😂😂 way makara jalalaa
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 Год назад
Monet bagaa nagayan dhufute anaatu duura lalee layik naaf godhaa
@sifaantube
@sifaantube Год назад
Matii naf ta'ii sanyii koo ❤😂
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💚😍
@caaltuuoromotube3450
@caaltuuoromotube3450 Год назад
Duraa waan himataan fi himaatamtaan adddaa basaa madia Bahaaa mee yaa biyaa Anuu waan addunyaa hin daandeenyee badhee tahaa😊😎😎
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💕
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💕💕💕
@hawwiijimmaa
@hawwiijimmaa Год назад
kan koo utuun gadi baasee Record Addunyaa cabsa! amma garuu bultii gaarii kan nama hawwisiisu ijaarradheen jira Galata Rabbii utuu bultii hin ijaarratin baay'een miidhame galata dhiira xawalwaalee tokko tokkoo😄😃😊
@caaltuuoromotube3450
@caaltuuoromotube3450 Год назад
Bagaa waqayoo sii ijaree keenaa too Waan garii yoo gotee Raabiin akkaasuumaa waan siif qaba Waqaayoo akkaa namaa mitii Bagaa namaa tokoo bichaa hin tahiin akkuumaa garii jiruu yaraa waan jiruudhaa Waqaayoo irraa sii yaa dhabuu umurii dheraa sii Hawaa❤💕👏
@hana-cf1km
@hana-cf1km Год назад
​@@caaltuuoromotube3450 😂
@sadiyahassen318
@sadiyahassen318 Год назад
Ayii mallaqa
@maskayyitemararaa5370
@maskayyitemararaa5370 Год назад
Horii abbaa keeti qarshii Kuma 30 guddaa goote nuyyuu Kan waggaa hunda hojjenne siniif jennee dhabnewoo sanu wallaggaa jedhayyii sawaan kun na aarsee😏🤧🤧🤧🤧
@DAa-co6nm
@DAa-co6nm Год назад
Basiidhuma ishetti bastetu sii marara jira fakaata inumayyuu sii tolchite
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️💚😍😍😍😍
@ginetabdisa7606
@ginetabdisa7606 Год назад
😅😅😅😅😂😂
@meetitamasgeen5878
@meetitamasgeen5878 Год назад
Kani balesaa qabuu obbolesa ko siidhaa
@fatimostafa8301
@fatimostafa8301 Год назад
Mucaan gowaa wayitii😂😂😂😂😂😂
@jituuchannel5360
@jituuchannel5360 Год назад
Kun jalaalaa kessaa hin banee qarshii malee 😂😂😂 wayyoo mafi fayida jette arrabni 😂😂
@caaltuushow8470
@caaltuushow8470 Год назад
Dhirii akkanatii yoo gowwa ta.e nama dabarra tish
@sanayitdaraje1221
@sanayitdaraje1221 Год назад
Na qadamte amaa isheen jedhayi 😂😂😂😂 sitti tolchitee
@branibru3180
@branibru3180 Год назад
Wayoo caraa kee jedhee abbanii lataa😅😅😅😅😅😅😅
@wakenaofkela1223
@wakenaofkela1223 Год назад
kana illee dhiheessuu hin qabdu ture jaalala irraa hin agarre an, maallaqa brbaacha malee
@bilisemotuma5316
@bilisemotuma5316 Год назад
Sharifoo kunii malii jedhaa silaa 😂😂😂😂😂😅😏😏😏😏😏😏
@sifaanrabira
@sifaanrabira Год назад
Kkkkkkkkk amma birii Naa debistu jetaa ree Amma ati jalala midhamte jena moo birri dhabde jena ree
@sifaanrabira
@sifaanrabira Год назад
Kun imo yaada hasa.a hhh jalalaa miti
@daredare8946
@daredare8946 Год назад
Hayii oromo kuni wan midiya rati dubatmu qabu obleso naqyi😊
@user-zl7xk2bj4b
@user-zl7xk2bj4b Год назад
Kkkk😊
@hawwiinugusee2670
@hawwiinugusee2670 Год назад
Gowwaa wayyiti mucaan baga si dhiste😅
@muluketeme2126
@muluketeme2126 Год назад
❤❤ Good morning my lovely 😍 👌 👍
@ajemashugute3299
@ajemashugute3299 Год назад
Kan kee abbaan manaa abshaalaa?
@amaltobal2901
@amaltobal2901 Год назад
Silaa kunii Jaalalaan midhamee ree😂😂 Birii soqaa dhufee malee midhamaa isaa ibsachuu hin dhufnee kunii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚
@SumeyaTahir
@SumeyaTahir 6 месяцев назад
😂
@asterashetu9595
@asterashetu9595 Год назад
Sif haa debiftuu mindaa batii ykn jia,aa takkati😂😂😂
@kikiik9137
@kikiik9137 Год назад
😂😂😂😂😂 naf Haa debbiftuu in jedhamu,jalatet mit .....
@SuraAbera-my7qe
@SuraAbera-my7qe Год назад
Mallaqa na debisuu didde jechuu hin qabduu bro
@eteneshimu3007
@eteneshimu3007 Год назад
Abshiir
@bontotube9190
@bontotube9190 Год назад
GALATAA KEE YAA WAQAYOO KAN DHIIRAA WALLAGAA NARRAA QABDEE GALATAA KEE ❤❤❤
@tigistiyutube3623
@tigistiyutube3623 Год назад
😂😂😂
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Год назад
dhiirii wallagaa argateetii 🤣🤣🤣🤣 aniiree miicayyoo ambootii ❤️❤️❤️
@fooziiwollegga9932
@fooziiwollegga9932 Год назад
Kkkk😂 dhabdeebaa
@tigistgirma5389
@tigistgirma5389 Год назад
Kkkkkkkkkk maali
@bontotube9190
@bontotube9190 Год назад
@@chaltuethiopia3736 Anilee Amboo nee lakkii keenyuma nuf wayyaa Wlg fi ibdaa boba jalaa hin kawatan jedhaa oromoon 😘😘😘
@lataa3gofficial648
@lataa3gofficial648 Год назад
Si beekna bro
@oromiyaantanoromootitube3512
😜😜😜yeroo jaalala ni jaaladha kan hardhaa garuu natti hin tolle
@emmaemma1250
@emmaemma1250 Год назад
Wala😂
@ahmedbadaso1250
@ahmedbadaso1250 Год назад
😁😁😁
@aberafayisa
@aberafayisa Год назад
Qophiin yeroo jalalaa kun baayee namatii toluufi nama barsisuudhaa kanaf osoo irraa deebi'ii qabatee barreedaa natii fakkataa Galatoomii
@derartumesgabu4888
@derartumesgabu4888 Год назад
Ati jaalali sin qabne nutti shamaran dacha keessan gati baasne akka waan jaalala gurguratani waan jaalalan godhani deebisani waal gafachun sirri mitti ati qarshii maal jaalalaf mitti arga dhiira qarshidhaf bohu🙅‍♀️☹
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️😍😍😍😍
@lolototok471
@lolototok471 Год назад
😂😂😂😂yanikee qarshii
@firiyeetube2656
@firiyeetube2656 Год назад
Dhugaa jalalaf osoo Hin ta.anee birif demata argaakee
@bontuuoromo5573
@bontuuoromo5573 Год назад
😂😂
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️😍💚💚💕
@tisgekaafniinama1538
@tisgekaafniinama1538 Год назад
ትናት አብሮ ኖሮ ዛሬ ብጋጩ የሰጣትን ስጦታ መልሽ ማለቱ ትክክል አይመስለኝም እንዳለችህ ልጅነት ነው አፍላነት ነው አትዘን ይቅናህ በተረፈ ወጣቶቻችን ለጋብቻ ሳይደርሱ ሳይደራጁ ወደ ትዳር ባይሄዱ መልካምነው እላለሁ🙏🇪🇹
@bashadubiruu444
@bashadubiruu444 Год назад
ትክክል
@hanafikadue.t3743
@hanafikadue.t3743 Год назад
Batikikil
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Год назад
tisge kafani ትክክል 😢 ያሳዘናል ጊዜ tabalashitowl 😢😢
@birkaabas7429
@birkaabas7429 Год назад
😁😁😁😁😁😁
@asamersalalleekuyyuu156
@asamersalalleekuyyuu156 Год назад
Hii birrii egataa 🤣🏌️‍♂️
@hkkioi1511
@hkkioi1511 10 месяцев назад
😅😅😅😅😅 jajanaa
@jalaanegirmaa8300
@jalaanegirmaa8300 Год назад
Dhugaa qabaa qabenyaa isaati haa debbiftufi 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂jirenyii wadadee Ethiopia keessati dhugaa qaba gurbichi uuuuuuuuffffff jalala mali kuni
Далее
Yeroo Jaalalaa
24:51
Просмотров 23 тыс.
Наше обычное утро 💕
00:42
Просмотров 1,5 млн
Jaalala ijoollummaa
26:57
Просмотров 54 тыс.
April 9, 2024
10:01
Просмотров 3 тыс.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame
30:18
Просмотров 369 тыс.
Yeroo Jaalalaa
23:47
Просмотров 48 тыс.
Yeroo Jaalalaa
31:26
Просмотров 113 тыс.
ускорил очередь на кассе
1:00
Просмотров 2,4 млн
It worked for me)
0:19
Просмотров 11 млн
ускорил очередь на кассе
1:00
Просмотров 2,4 млн