Тёмный

Yeroo Jaalalaa Kutaa 2ffaafi xummuraa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 667 тыс.
Просмотров 54 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

4 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 297   
@noufjuma6629
@noufjuma6629 Год назад
Uuuuufff jalalaa dhuga jiirra bakaa jiiruu 😭😭 yeero kenyaa moo qareshe dhaa 🥺 ani jechaa qabuu maddaa gudaa na kessa jiirra 😭
@AliAbouzghaeb-ex4zm
@AliAbouzghaeb-ex4zm Год назад
Masha Allah Masha Allah bayyee natti tole jaalalli keessan umurii dheerradhaa horaa dagaagaa jalalaaf gammachuun walfaana turaa umurii dheerinaan maatiikeessan waliin naaf jiraadhaa obboleewwankoo bayyeen isin jaalladha
@leensaadamee1563
@leensaadamee1563 Год назад
Dhugumaa jechi intalaa na aja'ibee Laman isaanittu siidaa jaalalaati Ammarre wajjin jiraadhaa bara dheeraa❤️
@ateqanaeem9178
@ateqanaeem9178 7 месяцев назад
Wolahi vidiyo kana ilalun nati tola mashalaha umuri dhertu rabin isin hakenu .🤲🤲🤲🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@madinaaahmed6736
@madinaaahmed6736 Год назад
Bayee namatii toltuu jalala dhugaa ❤️❤️❤️❤️
@netsanetabagissa1464
@netsanetabagissa1464 Год назад
በጣም ደስ የሚል የፍቅር እግዚአብሔር አምላክ ዘመናቹው ዘላለማቹው ይባሪካቹው ለትውድ መልካም ምሳሌች ናቸው
@gemalturcha579
@gemalturcha579 Год назад
788iĺĺl8like 9lk9like 9
@gemalturcha579
@gemalturcha579 Год назад
8o68u98p8
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt 3 месяца назад
ittii nuu dabalaa wly bayyee das naa jedhee hadaraa keessaanii🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@KadeejaAe-qz9xt
@KadeejaAe-qz9xt Год назад
Omg😢uuuuff jalala akanaa esaa argatuu baraa kanaa rabii urmii walii sii yaa dhersuu
@toleshukumalaa7913
@toleshukumalaa7913 Год назад
OMG 😲 Rabbiin barakeessan hunda haa'eebbisu!!
@Meronii-uw4ws
@Meronii-uw4ws 6 месяцев назад
😅
@immabeettube5009
@immabeettube5009 Год назад
Dhugaa waddaan kan nama basiisaa!! Jabbadhaa kanuuma caala karaa hundummaan milkaa'a!! Maatitti araarramuun garuu dinqaama keessaan obn jaarsummaa deemaf 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@MasaratGuddee
@MasaratGuddee Месяц назад
Waqqaayyoo waaliin isiinii haa jalatuu waaliifi jiraadhaa ❤❤❤❤❤😢😢
@burteeoromoo8255
@burteeoromoo8255 Год назад
Bagaa waqqayyoo isinii gargaree jalalaa dhugaa 💚❤️💚❤️💔💔💔💔😭😭😭
@sisai1235
@sisai1235 Год назад
Anisii akkuumaa isheetii seenani koo
@Indiyya-b4c
@Indiyya-b4c 6 месяцев назад
Aniti nati. Tolani Wly jirdha umuri dheeradha🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@ShamshudinAhmed
@ShamshudinAhmed 7 месяцев назад
Mashallaha rabbii amale isini hagabbiisuu
@yordenosshewa2821
@yordenosshewa2821 Год назад
Waaqayyoon umrii dheeraa walin sin haa jirachisuu dhugaa Baayyee namaatti toltuu isin namaaf fakkeenyaa Guddaa tatuu horaa Baayyadha💚❤💚❤💚❤
@DebelaDesisa
@DebelaDesisa Год назад
Jaalalaa cimaaf aja'ibaadha.❤ baga waqqaayyoo konkolaataa sana keessaa isiin basee. Amazing❤❤❤❤
@biliseamena7410
@biliseamena7410 5 месяцев назад
Ameen galatoomi sanyii ofii
@GetiHunde
@GetiHunde 3 месяца назад
Dhugaa wanii bayyee sinirra barradhee ebifamii hoorraa❤❤❤❤❤
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Abboo rabbii dandeetti ofiitti ammaasii woliitti isiini haa urgeessuu Woggaa kumaa wojjiin turaa Monii please maatii karaakeetti manguddoo ergii araarsii Qophiimaa yeroo jalaalaa irraatti sii egaana Abdiin Maaloo ni dandeessaa maatii Woggaa dheera addaan turaan kanaa woliitti fidii hadaara moniyyee Maaloo #OBN IJJOOLLEE KANAA MAATII ISAANITTI ARAARSAA NI DANDEESSAAN HUMNAA QABDAN JARSUMAAN FIXAA OBN ABDIIN ISIINI EGAANA ARAARA MAATII KANAA ASUMAARRAATTII
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt 3 месяца назад
Mashaa alhaa sanyii koo ijaraa hafii mashaa alhaa ijaraa hafii qàlii namaa💓💓💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💘💚💚💚💚💚💚💚💘💘💘🫶🫶🫶🫶🫶🫶🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯🫶🫶💘💚💚💚💗💗💗💗mashaa alhaa qàlii koo
@aminaapp9356
@aminaapp9356 Год назад
Dhugaa Rabbii hedduu onnee nama tuqaa😭😭😭
@mashoohalluuhalluu5819
@mashoohalluuhalluu5819 Год назад
💞💞💞waaqayoo umurii dhertuu fayaa gutuu waliin isinif hakenuu
@urgokebe7331
@urgokebe7331 Год назад
Rabbii umurii walin sin yaa dheresuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖💖💯
@jorskj2998
@jorskj2998 9 месяцев назад
Woowwoo bayee namatii toltuu umrii dheraa walin jiradhaa❤❤❤❤
@KoketAsefa-nd5xz
@KoketAsefa-nd5xz Год назад
Jaalala dhugaa gochaan mirkanaa'e heedduu irraa barannee!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@tsehayfeyisa1554
@tsehayfeyisa1554 Год назад
Wawwww baay'ee namati tolaa dhugaa waqayoo umurii dheraa wajin sin hajirachisuu dhugaa ❤💚❤🙏
@biliseamena7410
@biliseamena7410 5 месяцев назад
Ameen
@hiree1568
@hiree1568 Год назад
Biliseen Obboleetti koo Angafaa takka fakkaati dhugaa Jaalalli akkanaas jiraa edaa waggaa 10 guutu jaalalleshe jette maatii isherra adda baatee dhugummatii dubarti jabduudha jaalallii moo'adha❤️💔
@QosanAyele
@QosanAyele 2 месяца назад
Waaqayoo jaalala dhugaa naamaf Yaa keenu
@eyerushanb6341
@eyerushanb6341 Год назад
waqayoo.umurii.kesan.haa.ersui❤❤❤
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt 3 месяца назад
senaa kunii kiyyaa fakkattaa jabbadhaa wly❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@danielbekuma8580
@danielbekuma8580 9 месяцев назад
Hanga dhumaa siniif yaa ta'u❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 Год назад
Jalallaa dhugaa waqayoo jalalla isiniif haa dabaluuu matii jalalaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤💚❤
@Keriyaadam
@Keriyaadam 9 дней назад
Masha,allaaa umuri dhera jiradha. Ammayyu ❤❤❤❤❤
@Lalo-j6e
@Lalo-j6e Год назад
wooowoo jallalaa mi.oftuu byyee namatii tolaa dhugaa
@badruuyahya
@badruuyahya Год назад
Ayyiii Maatin Araraamuu qaabaan dhugaa
@Sabboontuu563
@Sabboontuu563 Год назад
Dhugaa Rabbii bayyee namaa ajiabaa Rabbii wolini issini haa tursisuu
@lelolelo3681
@lelolelo3681 Год назад
dhugaa bayee garaa namaa nyutuu waqaayyoo isifanaa jiraa namii fulaa dhowatusii jalalii kesanii kanii dhugatii🥰🥰🥰
@BullooHasan
@BullooHasan Год назад
Dhugumaa jaalaala dhugaa waali qabaduu !!!!
@kiyyaatadelee5934
@kiyyaatadelee5934 Год назад
Waaqayyoo amma illee waalin isiin haa jiraachiisu jaalalaa dhugaa jechuun isaa akkasitti dhugaa❤❤💚💚
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Waaqayyoo maatii keetiin Wal isin haa araarsuu😢 Horaa bulaa arrii waliin filaadha🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹🌷🌹😍😍😍
@tolashigooftaa1276
@tolashigooftaa1276 Год назад
baaye garaa nama nyaatu uuuffffee jalali akkis jiraa maloo yeroo kanaa waqayyoo umurii dhirraa sin haa keenu😭😭❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹
@sabirina578
@sabirina578 Год назад
Yeroo.amma.jalaalli.dhugaan.hin.jiru.waali.umri.dheeradha
@kamilaabdala2131
@kamilaabdala2131 Год назад
Malii qabaa ossoo jalalii namaa hudatuu akanatii galimaa gayee😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔
@atinaf9054
@atinaf9054 Год назад
Dhugaa waqqaayyoo jalala keessan amalee dacha haa jabessuu bayy'ee kan nama ajibudha anaf barumasaa guddaa naf kenee dhugaa ajaibaa!!
@shamsiiintalaaoromo6468
@shamsiiintalaaoromo6468 Год назад
Rabbii waliin umurii dheraa isiinif haa Latuu ❤💚❤👌
@bezab2563
@bezab2563 Год назад
H m g rabiin baraf umri keessani yaa dheresuu dhugaa jalalaa utubaa hin jignedha
@مكيهاثيوبيا-د7ن
Rabiniumrii isini haa dhersuu
@kamilaabdala2131
@kamilaabdala2131 Год назад
Subahanallah bagaa rabinii isinii basee
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 Год назад
Wowwww 💘umurii dhertuu isinif hakenuu rabbiin
@shanshy3262
@shanshy3262 Год назад
Monee anillee Akkasumaa dhugaa ergaan gaheela godhee waggaa 11 garuu matin koo hangaa Ammaa naaf dhiisuu didaan yaada koon walfakkaata😢😢😢😢😢😢
@borticanbortican9463
@borticanbortican9463 Год назад
Dhugaa seenaa bayyee gara nama nyatudhaa umri dheeraa walifi jiradhaa hooraa bulaa 😥😥😥💔💔🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓
@sisai1235
@sisai1235 Год назад
Anisii waggaa 9ffaadhaa ergasni maatii kiyyaan addaa bahee
@sifaanmuluneh8947
@sifaanmuluneh8947 Год назад
Wooowww jalaala dhugaa😢❤❤❤❤
@Aliyaa-y4l
@Aliyaa-y4l Месяц назад
MaaashaallaahMaaaashaaallaaah 🥰 🥰 ❤❤❤❤❤
@emebettesfaye9807
@emebettesfaye9807 Год назад
giiftiikoo na gaddisiiste maatiinkee moo'amuunsaanii hin hafu jabaadhu
@biliseamena7410
@biliseamena7410 5 месяцев назад
Tole abdii hin kutu waaqayyo guyyaa qaba
@imuugirma7179
@imuugirma7179 Год назад
Waqayyoo umrii isinii ha dhersuu wajiin eebbifamaa ❤❤
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii koo
@mamemyoraofficial
@mamemyoraofficial Год назад
Waa heddu irraa barrane Yeroo jaalala akkana nuu Keessanif galatooma
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii
@mamemyoraofficial
@mamemyoraofficial Год назад
@@obseegorba taate
@kamilaabdala2131
@kamilaabdala2131 Год назад
Amishirii kerimafi rabinii isinii haijaruu
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 3 месяца назад
Wawoo bayee namaati tolaa dhugaa horaa badhadhaa
@gelaneiali4890
@gelaneiali4890 Год назад
Uuuuuuufffffffffeeeee waqaayyoo guddaan waliin sina jirachisu amma dhumatti wal jalacha afaa jalalaa dhugaa jalalaa onnee laphee dhugaa waqaayyoo wajjiin sina bulchuu jechaan dhabee dhugaa Uuuuuuufffffffffeeeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@khaledmohammed5418
@khaledmohammed5418 Год назад
Dhugaa rabi baay'ee namaa hawwatuu🤣🤣😘😘😘😘😘😘
@caaltuuoromotube3450
@caaltuuoromotube3450 Год назад
Maatii naaf tahii mee😘
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Год назад
Waaqayyoo gooftaan maatii keessan wojiin wolitti isin haa araarsuu🙏🙏🙏🤲🤲🤲❤❤🥰🥰
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii 💓💓
@makeyagirsha6329
@makeyagirsha6329 Год назад
Dhugaa rabbii seenaa aaddaatti walin isin haa tursisuu
@daameebiiranuu4088
@daameebiiranuu4088 Год назад
Wowowow dhugaa haa jayiibaa kun
@kumeedamana7163
@kumeedamana7163 Год назад
Wowwww waqayoo isnii haa ebisuu ebifamaa kanuma calatii waqayoo isnii wajin haa ta uu
@rsawwss6561
@rsawwss6561 Год назад
Dhugaa wan bayyee baradhee dhugaa bayyen sin jaaladhe
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@baqqaluugaddisaa
@baqqaluugaddisaa Год назад
Maloo obn dhumaa gahilaa kanaa ararsaa mee karaa kessan yalaa addaraa addaraa dhumaa gahilaa kanaa akkaa arginuu matitii nuf ararsaa maqaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏obn sagalee umataa
@Gelila67
@Gelila67 Год назад
በጣም ድስ የምለው ደግሞ ዘሬም አዲስ ነው ፍቅረቸው እግዚአብሔር እስካ መጨረሻ ያርግለቹ ዋው እውነት በጣም ድስ ይለል
@birhanidebele1947
@birhanidebele1947 Год назад
Shawwa lixaa lemanii biyaa koo❤❤😍😘😘
@samirahabosh3613
@samirahabosh3613 Год назад
Heduu namati tola dhugaa rabbii
@sabontuu.jimmaa784
@sabontuu.jimmaa784 Год назад
Bayyee.namaa.tolala.jalalii.dhugaa.❤❤❤❤❤❤😘😘😘👍👍💯💯💯
@shewayecheka8921
@shewayecheka8921 Год назад
Baayyee.naamatii.tolaa.dhugaa.waaliini.horaa.baayyaadha
@kisokiso6723
@kisokiso6723 Год назад
Wow..!❤❤ seenaa ajaa'ibaa
@kametihintalaoromoyoutube9774
Mashaa Allah Mashaa Allah Rabbiin wolifi isiin haa dhisuu🌹💯✅💞💞
@saadaagazaali8333
@saadaagazaali8333 Год назад
Maasha allaah jeeta amantaan issaani nikaaya qabu
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Год назад
Uuuuuuufffee Mali maatii kee akkasii gara jabbatu waqqayyoo siif jiraa jabadhaa
@kaddesik1646
@kaddesik1646 Год назад
Waqqaayyoo hamaa ilee omtu jidduu keessaan in galiin jalalii keessaan jabatee haa dhabatu oraa mulaa
@nimonamegersa4113
@nimonamegersa4113 Год назад
waadaa kabajuu beektu dhugaa! rabbii sinyaa kaabaju
@burki7633
@burki7633 Год назад
Hebbifamaa.umrriidheradha horra bayyadha
@husenaman-w1p
@husenaman-w1p Год назад
horaa bulaa waliin arrii filadhaa
@kedanayemariyam1323
@kedanayemariyam1323 Год назад
Siintayyoo haayyuu jalaalatti dhugaa waaqa umurii dheeraa jiradhaa maatti keessananis gara araara akka deebi,a obn yeeroo jalaaala gahee taphachuu qaba
@sabirina578
@sabirina578 Год назад
Woww.bayyee.namati.tola
@kooketi7326
@kooketi7326 Год назад
bayyee diqisifadha jara kana ❤❤❤
@bruambru9512
@bruambru9512 Год назад
Wowo waqaayyoo baraf jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamaa😍😍😍😍
@milion-tj8rf
@milion-tj8rf 9 месяцев назад
Wow ajaa'ibaa ❤️❤️❤️❤️
@lumibasha8696
@lumibasha8696 Год назад
Wawu waqayoni jalala kecha isinifi yaa dabalu baye namati tolitu 😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍
@askalaashibiruu3137
@askalaashibiruu3137 Год назад
Kotu mati natayi malo
@MentoMento-e5b
@MentoMento-e5b 2 месяца назад
Wwwoooww jalala baredaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@yegebriellij1832
@yegebriellij1832 Год назад
waqqayoo mana kessaan isinifhaa ebbisuu😍 😍garuu malii matii oboletii tenyaa bay'ee gara jabbodhaa
@buzeetube5898
@buzeetube5898 Год назад
Yaa rabii kiyyaa bayyee lapheen naa Cabee dhugaa
@SoumayaHassanMohamoud
@SoumayaHassanMohamoud 5 месяцев назад
Ba.e.namatti.toltan.macha.allaa
@seenaanisanyiiwaaqoguutu7568
Heedu namati tolaa dhugaa raabbii
@CaltuChantu-ww3rm
@CaltuChantu-ww3rm 11 месяцев назад
Wowow baay'ee namatii tola dhugaa❤❤❤❤
@meserateg6634
@meserateg6634 Год назад
Jalalaa dhugaa kan dhugaa
@طمزخرفمزدحم
@طمزخرفمزدحم Год назад
Wow jallaa dhugaa 🥰🥰
@iftuuoromoo5547
@iftuuoromoo5547 Год назад
Garaa nama balleessa seenan isaani dhugaa warra keessanis rabbi isiniif haa araarsu
@merdiyawado9497
@merdiyawado9497 Год назад
Namati tola dhugaa ❤❤❤❤❤
@dabasafera1594
@dabasafera1594 Год назад
Ammayyuu Horaa Dagaagaa, Seenaa Baayee Barsiisaadha.
@mdamina1960
@mdamina1960 Год назад
Rabbi urmii woliin isiin haa tursiisuu. Garuu worrii kee gowwaadha yaa Obboletii tiyyaa. Dhimma isaniitii isiin jalala kesaniin jiraadhaa🥰🥰🥰🥰🌹
@huwawei8017
@huwawei8017 Год назад
😳 😁
@Shamsiyaa-Adaamii-shaashe
@Shamsiyaa-Adaamii-shaashe 6 месяцев назад
Dhuga lachuu gotaa jalalaa ❤❤❤❤
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt 3 месяца назад
senuu kunoi kiyyaa wly❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@daraldagalataawaqaayyoo5118
Dhugaa barumsaa guddaa qabbaa kunnii jalalaa issaa gudadhaa jalalaa jechuunii issaa kannaa hagaa dhumattii wallii jarachuu bayy.ee namaa gamachissaa jalalii kessaa bayy.ee namatii tollaa ammasii jalalaa jabefadhaa 💔💔💔💕💕💑💑
Далее
Yeroo Jaalalaa
25:12
Просмотров 49 тыс.
Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu
37:36
Просмотров 89 тыс.
БАГ ЕЩЕ РАБОТАЕТ?
00:26
Просмотров 236 тыс.
小路飞嫁祸姐姐搞破坏 #路飞#海贼王
00:45
Jaalala ijoollummaa
26:57
Просмотров 56 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:54
Просмотров 183 тыс.
Hiriyaan dhugaa irkoo walitii
19:54
Просмотров 195 тыс.
Yeroo Jaalalaa
29:00
Просмотров 63 тыс.
Yeroo Jaalalaa Kutaa 2ffaa
21:00
Просмотров 52 тыс.
БАГ ЕЩЕ РАБОТАЕТ?
00:26
Просмотров 236 тыс.