Тёмный

Zakkaariyaas Boqonnaa 2 

QOPHAAYI_KIRISTOOSI_DHUFUUFII
Подписаться 694
Просмотров 40
50% 1

Zak. 2:7 Yaa namoota Xiyoon biyya Baabilon keessaa ba'aatii of oolchaa!
Zak. 2:8 Namni isin tuqu agartuu ija kootii tuqa" jedha; kana Waaqayyotu dubbate; Waaqayyo gooftaan maccaa, "Ulfina anaaf kennee saba warra isin saamanitti na ergeera;
Zak. 2:9 kunoo, ani harka koo isaan irratti ol nan fudhadha, hojjetoonni isaaniis akka isaan saaman nan godha; yommus Waaqayyo gooftaan maccaa akka ana erge isin in beektu" jedhe.
Zak. 2:10 Waaqayyo, "Isin yaa namoota Xiyoon, kunoo ani dhufee isin gidduu nan jiraadhaatii gammadaa, ililchaas!" jedha.
Zak. 2:11 Guyyaa sanatti sabni baay'een gara Waaqayyoo dhufanii saba isaa in ta'u; innis isaan gidduu in jiraata; yommus Waaqayyo gooftaan maccaa isinitti akka ana erge isin in beektu.

Опубликовано:

 

7 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии    
Далее
Zakkaariyaas Boqonnaa 3
18:38
Просмотров 30
Soba Seexanaa Ifatti Ba'e Isa Guddicha
25:26
Hypnos för Sömn | Lång version (Svenska)
59:59
Просмотров 265 тыс.
Zakkaariyaas Boqonnaa 1
28:06
Просмотров 45
Zakkaariyaas Boqonnaa 7
21:16
Просмотров 19
1 MINUTE AGO: Heartbreaking News For Bishop Noel Jones
26:19