Тёмный

Zakkaariyaas Boqonnaa 7 

QOPHAAYI_KIRISTOOSI_DHUFUUFII
Подписаться 694
Просмотров 19
50% 1

Zak. 7:9 Waaqayyo gooftaan maccaa, "Firdii qajeelaa faradaa, walii keessanittis gaarummaa fi oo'a argisiisaa!
Zak. 7:10 Haadha hiyyeessaa, ijoollee abbaan irra hin jirre, galaa, rakkataas hin cunqursinaa! Garaa keessan keessattis wal irratti waan hamaa hin yaadinaa!" jedhe.
Zak. 7:11 Isaan garuu dhaga'uu didanii, dugda itti gatanii, gurra isaaniis in cuqqaallatan;
Zak. 7:12 isaan garaa isaanii akka dhagaa almaazii waan jabeessaniif, dubbii Waaqayyo gooftaan maccaa hafuura isaatiin karaa raajota durii isaanitti himeef abboommii isaa hin dhageenye; kanaaf dheekkamsi Waaqayyo gooftaa maccaa inni guddaan isaanitti dhufe.

Опубликовано:

 

7 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии    
Далее
Zakkaariyaas Boqonnaa 1
28:06
Просмотров 45
Soba Seexanaa Ifatti Ba'e Isa Guddicha
25:26
Epic Reflex Game vs MrBeast Crew 🙈😱
00:32
Просмотров 8 млн
Little kitten 💓💜❤️🥰
00:17
Просмотров 18 тыс.
Zakkaariyaas Boqonnaa 2
20:33
Просмотров 40
Zakkaariyaas Boqonnaa  6
19:41
Просмотров 40
Epic Reflex Game vs MrBeast Crew 🙈😱
00:32
Просмотров 8 млн