Тёмный

‘Ummanni bu’aa aarsaa itti kaffale argachuu eegaleera’-Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 594 тыс.
Просмотров 734
50% 1

‘Mootummaan Naannoo Oromiyaa kaayyoo gurguddaa lama giddu galeessa godhatee hojjetaa jira’- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa.
Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Mootummaan kaayyoo gurguddaa lama giddu galeeffatee hojjetaa jira jedhan.
Inni duraa Aarsaa kumaa kitilaan hiree Uummanni argate akka ititee itti fufuuf cichuu, hirichatti gargaaramuudhaan Uummata keenya barnootaafi Tekeniooloojiin beekumsaan akka dorgomaa ta’u akkasumas Dinagdeen akka of danda’u, sirna cimaa akka qabaatuuf hojjetamaa jira; Kunis karaa shiraan utuu hin taane kallattii waan isaaf malu argachuu qabuun ta’uu akeekan.
Hojii hanga ammaanis uummatichi bu’aa aarsaa itti kaffale argataa dhufeera.
Ta’us hiyyummaa hundee fageeffate buqqisuun fayyadamummaa hawaasa bal’aa mirkaneessuuf Sirna sabaafi sablammoonni qixaan irraa fayyadaman dhaabuuf ammallee qabsoo cimaa barbaachisa; qabsoo dhalootaafi halkanii guyyaa hojjechuu nu feesisa jedhan, Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa ergaa daawwannaafi eebba hojilee misoomaa Godinaalee Wallaggaarratti dabarsaniin.
Warreen maqaa uummataa dhahachaa hiree argame maseensuuf carraaqan irratti uummanni dammaquu akka qabus dhaaman.

Развлечения

Опубликовано:

 

1 июл 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 2   
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤
@kefyalewfikiru8479
@kefyalewfikiru8479 2 дня назад
Afufaa wayii oduu dhisiiti guduruttii rakkoo ummataa argitee jirtu dafii hiikiifii. Faltii wayii
Далее
HOW DID SHE WIN??
00:49
Просмотров 14 млн
ዮአዳን (ክፍል 13)
35:22
Просмотров 19 тыс.
AWS CEO Sees 'Massive Potential' From Generative AI
12:16
Taatee Ajaa'ibaa namoota 4 galaafate
8:38
Просмотров 91 тыс.
Magician turns his Hair into Animal 😳
0:37
Просмотров 11 млн