Тёмный

Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 665 тыс.
Просмотров 121 тыс.
50% 1

Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame

Опубликовано:

 

1 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 882   
@ethss7299
@ethss7299 3 месяца назад
ሽማግሌውን አምነዋለሁ። ጋዜጠኛውን ደግሞ አከብረዋለሁ እንደዚህ አይነት የረከሰ አስተዳደር ስላዋረደልኝ። አንዋር ጀግና ነህ የምር።
@yadetakitila7126
@yadetakitila7126 3 месяца назад
Gaaffii Dr. gaafatamanii fi deebiin isaan deebisan wal hin simu. Gaz. Anuwar Jamaal ulfaadhu. "Free Afaan Oromoo"
@robaosmael3831
@robaosmael3831 3 месяца назад
I have some questions for the OBN director about caya. Please leave it only for anawar he has competence and dedication form inner for this program.
@rahametamdihun3585
@rahametamdihun3585 3 месяца назад
Nama yaada isaa ibsuu hin dhandeenye Kantiibaa gochuun sirrii miti . Haa sirreeffamu!
@kebedemegersa3977
@kebedemegersa3977 3 месяца назад
Yadaa Mali qabaa ibsaa jeeteetii bro
@tv_agenda
@tv_agenda 3 месяца назад
@@kebedemegersa3977 😂😂😂
@melkamunegasa8067
@melkamunegasa8067 3 месяца назад
Anwar! Farra hattuu fi sobduu jabaadhu!
@buze1buze1
@buze1buze1 3 месяца назад
OBN🙏 nama ak Takeal Umaa nu ramadaa እንደ ታከለ ኡማ አይነት ታሪክ ቀያሪ ሰው ለሸገር ሲቲ የሚመጥን መድቡልን ከንቲባው ህዝባችንን እያሰቃየ ሽመልስ ዝም ብሎ ለምን ያያል😔
@abushtgurmu6733
@abushtgurmu6733 2 месяца назад
መሬቱን ሽጦ እንዲጨሪስ ነው?
@MulugetaDanno-uq5ef
@MulugetaDanno-uq5ef 3 месяца назад
Namni sadarkaa Dr.irra jiru, haala kanaan of ibsa taanaan homaa hin barbaachisu. Afaan illee sirriitti nama dubbachuu hin dandeenyeef aangoo kennuun salphina. Magaalaa seenaa Fi morkiin siyaasaa cimaan irra jiru, irraatti kantiibaa akkasii muuduun magaalattii ajjeesuudha. Namni Kun iddoo kan biraaf irraatti yoo muudame bu'a qabeessa ta'uu danda'a, waan ta'eef utuu bakka isaa malu keessanii gaariidha.
@aligena827
@aligena827 3 месяца назад
Jabaadhu Dhugaan ummataa Siif Qofa Gaalee jiraa Rabbiin sii eguu rakkoolee akkan bayyeen Aanaalee keessatti bayyanni Argamuu Ammalee itti fufuu qaba 🙏🙏🙏🙏 Jabaadhu ✅
@fufadiriba697
@fufadiriba697 3 месяца назад
Jabaadhu anuwar
@solasfaw
@solasfaw Месяц назад
jabaadha
@Nokia-lg2zl
@Nokia-lg2zl Месяц назад
😊😊😊😊😊😊
@Nokia-lg2zl
@Nokia-lg2zl Месяц назад
​@@fufadiriba6970😊😊😊
@MaddaWalabuu-ux3wn
@MaddaWalabuu-ux3wn 3 месяца назад
Yooyyaa koorommiin dhuuftee obn saagalee ummata naaf jiraadhaa gazexeessadhan nuuf jirradhaaa❤❤❤❤
@sayatole4032
@sayatole4032 3 месяца назад
የኦሮሞ ችግር ከጊዜ ወደ ጊዜ እያባሰ እንጂ እየቀነሰ አይደለም ።ቋንቋ የለመዱ ከጎጃም ከጎንደር መጥቶ ይጨማለቃል ይበዘብዛል ።
@AberaAlemu-h5u
@AberaAlemu-h5u 2 месяца назад
Atii Maal Goodhatti Jirtaa Afaan Maalin Bareessa Jirtaa
@greatgrace9651
@greatgrace9651 2 месяца назад
Dr. Go very low! I didn't expect him to push farmers as enemies! Development is for people/farmers not we don't need it! We tired of pushing farmers of his land and property!
@murtianbessa
@murtianbessa 3 месяца назад
The only journalist in Ethiopia!Anuwar Jemal❤❤
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 3 месяца назад
❤❤osoo nama biyyaa yaadu tayee dura qulqullina eeguu qaba ture. osoo gamoo hin ijaarre manni fincaanii ijaaramuu qaba ture. kan rakkinna mootummatti ummatatti rakkinna fidaa jiru.hooggamtoota maqaa mootummaatii aangoo qabatan nama hiraarsan kana.❤
@abrahamgemechu5246
@abrahamgemechu5246 3 месяца назад
Dr. Tashomee must go !
@LaliseeDelelegn
@LaliseeDelelegn 3 месяца назад
Down Tashome must be
@JumjRaga
@JumjRaga 2 месяца назад
Hidhamu qaba… hoggansa ajaja “president” hojirra hin oolchine hattuudha kun
@ziyadmohammed7023
@ziyadmohammed7023 3 месяца назад
Bulchiinsi magaalaa finfinnee ji'oota 3 keessatti waan akkas fakkaatu yoo hojjatu shaggar waggaa lama keessatti mana fincaanii waajjira isaanii sirreeffachuu hin dandeenye
@jemalmustefa1232
@jemalmustefa1232 3 месяца назад
hank U
@jemalmustefa1232
@jemalmustefa1232 3 месяца назад
Thank ou
@adeyb2990
@adeyb2990 3 месяца назад
Biyyaa seerrii jiru keessaati Namtichi kun agoorraa jirachuu hin qabu.
@SeenaaKayyoo
@SeenaaKayyoo 2 месяца назад
Adaaraa Cayyaan kutaa magaalaa shaggaar mudaa furii nuu dhufuu qabdaa yerroo dhihoo keessaattii dhufuu qaba.Keessaatuu ummaataa Oromoo dura magaalaa Finfinnee jala turaan dargaggoo fi ilmaan qonnaan bulaa fayiilaa fi gibiiraa ilmaan qonnaan bulaa finfinnee qabaan fayiilaa fi kardii ilmaan qonnaan bulaa finfinnee qabaan hin fudhaanuu jechuun dargaaggootaa jijjiiraamaaraa eggaallee halkaanii fi guyyaa tola oltuumaa nageenyaaraattii fi yerroo filaannoo kardii filaannoo keniisiissuu hangaa guyyaa filaannoottii guyyaa filaannoo guyyaa lamaaf alaa buluun kan tazaabii fi kan nageenyaa nannooraattii egguun finfinnee kutaa magaala N/S/Laftoo irraattii hojjaatee kantiibaasaaf sagaalee ta'eedhaa.Ergaa Magaalaa Shaggeer jalaa galees muxaannoo duraa qabuuttii fayyaadaamee 75% ol gachaanaa sirnaa ta'ee hojjii idillee isaa ittii fufee jira.Ummaataa kanaan diggiinsaa jalqaabaa magaalaan shaggaar jalqaabee irraattiis mana seraan alaattii jedhaanii ittiidhufnaan qamoolleen motummaa finfinneettii argaamaanii fi kan nannoo asii achii argaamaan ittii iyyuun irraa dhorkaan.Oggaasii hojjii ummaataa kana hubaataan .Nannoon kun kan addaa isaa godhuu kondomineemii jamoo 2 bukkeettii argaamaa kan dinii Oromoo irraa buqiisee kan isaa irraaa qubaachiisee.Jiraattoonnii nannoo kana abbaa waaraa qoftii namootaa 300 matiin namoota kana walii galaa abbaa mana fana namootaa 2000 ol kan ta'aaniidha.100% hundii isaanii Oromoo qofaadhaa.Ammaas digguuf gafaa guyyaa 12/11/2016 ittii dhufuun guyyaa sadii keessaattii akkaa kafaamuu kan jedhuu kantiibaa magaalaa shaggaar irraa dhufe.Ammaas waarii annaa fi kutaa magaalaa deggaarsaa ummaanii kun motummaaf qabuu ittii dhiheenyaan waan bekkaaniif nuraa mitii wajiiraa kantibaa irraayyii kan jedhuu nuuf deebiisaan.Ummaanii kun immoo koree dhabaatee bay'iinaan yoo dhaqnee dhaggeettii qabnaa kan jedhuu irraattii hundaa'ee namoonii 50 ta'uu wajiiraa kantiibaa magaalaa shaggaar yoo deemuu ani namootaa 2 qofa kessuumeesaa mallee namoota biraa hin barbaaduu jedhaan kantiibaan magaalaa shaggaar .Namoonii 2 filaataamaaniii koomii ummaataa qabaataanii seenaan .Garuu deebiin kantiibaa magaalaa shaggaar afaa saqii tokkoo mallee essaa dhuftaan jechuun ergaa gafaataanii komii ummaataa kanaas ossoo harkaa hin fudhiin anuummaatuu akkaa diggaamuu ergaa dabaarseef kan jedhuu deebiisaaniif.Namoonii seenees ammaa tokkoo namootaa fayiilaa fi gibiraa ilmaan qonnaan bulaa finfiinnee harkaa qabaa kan immoo finfinnee fi shaggaar irraattii tola oltuumaa fi nageenyaa irraattii dargaaggoo hojjaataaniidha yoo jennuun .Debiin issaanii garuu afaan amaariiffaattiin "Manim duriye gibir yeqorata anikebalim" fi deebii nageenyaa irraattii hojjaachuu fi tol oltuummaa immoo affaan ingiliffaan "Ichi dirty politics fi afaan Oromoottiin hin eggiin yoo naaf jetee fannoon galee na hajjeessuu " jechuun siyaasaa ofii gaggeesaa ta'aanii irraa jiraan illee qeqqaanii.Ammaaf qamoolleen kutaa magaalaa shaggaar mudaa furii fi anaa furii oggaanaan akkuummaa yerroo jalqaabaa sana tumsaa bulchiinsaa magaalaa finfinnee fi Oggaansaa garagaaraattiin ji'aa lamaaf achii dheraasaaniiruu haa galaattoomaanii.Ammaas isaa asiittii Cayyaan dhuftee komii fi raggaa ummaanii kun qabuu,Akkaasummaa yadaa oggaansaa Waraa kuta maggaalaa fi annaa illee akkaa futuu abdiin qaba.Adaaraa lafee fi dhiggaa ummaataa Oromoo bara dhufa darbaa finfinneef jedhee wareeggaamee imaanaa sitii haa ta'uu.Ummaanii kun irraa bay'een isaa daraaraan motummootaa darbaanii fi ammaallee lafaa sana irraattii lubuun kan ittii ba'eedhaa.Ammaas lubbuu bira ittii ba'ee siyaasaa akkaa akkaa hin tanee..........................
@jemsahmed8163
@jemsahmed8163 2 месяца назад
Aboo dhifamaa naa godhaatii.kantibaan kun anuma Aarse.
@AkedirMuhammad
@AkedirMuhammad 3 месяца назад
Fayyaa Siif Haa kennu obboleessa keenya Anwaar Jabaadhu Rabbin guddate Si Haa tiiksuu Sijaalanna jiraadhu gabna namaa
@jeylanademo4349
@jeylanademo4349 3 месяца назад
Afaan Hojii Magaalaa Shaggar kami , Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beekan hin fakkaatu, ni gugufatu.
@MegeresaBro
@MegeresaBro 2 месяца назад
Kiyyan kun oromoodha moo amhara afaan oromoo hin bekuu
@SimenehSeifu
@SimenehSeifu 3 месяца назад
Magalii shagar rakko cimaa konkolataa abbaa milaa sadii itrattii rakko cimaa qaqabsisaa jiraa hanaaf dargagesaa saxiilaa jiraa hojii irraa hari'ee
@DiribaDaba-z6t
@DiribaDaba-z6t 2 месяца назад
Dr. This Is Very Simple To Solve No Need Of Long Term Plan Please Don't Defense
@bb6824
@bb6824 3 месяца назад
Gaz. Anuwaar Umrii Rabbiin si haa dheeressu
@Good-pd2bv
@Good-pd2bv 3 месяца назад
Saamtu baleessa
@ararsofixa4163
@ararsofixa4163 2 месяца назад
Rakkoo Namichi Kantibaadha jedhaani kuni Uumufi Sobuu Bayyeetu jira. Dhugaadha Hojiini isaa akkumaa Mulateedha. Nugaafadha.
@MatewosHika
@MatewosHika 3 месяца назад
Umurii dheeraa siif haa kennu Rabbi Annii garuu hojiin jara kanaa, akkaataan yaada kennuu isaaniillee nama iftoomina qabu in fakkaatu ammayyuu namaaf hojiin wal in argannee safuudha yaa isa beekaa namaati jedhanii abdanii ulfaatadha
@BalaayMulu-og1zv
@BalaayMulu-og1zv 3 месяца назад
Dr.tashoomaa teessoonsuun isaaniin hinmadaaluu
@hasanmahammad5140
@hasanmahammad5140 2 месяца назад
Namni Afaan Oromoo hin beekne akkamitti Magaalaa shaggar guddisuu danda'a
@mergatafa8501
@mergatafa8501 3 месяца назад
Dr. Tashooman magaala Shagar guddisuuf dandeeti hinqabu. dhadhabaadha. malamaltumaa keesa waan jiru fakkaata.
@mujahidzeyinu2673
@mujahidzeyinu2673 11 дней назад
Gaheen Ajaja Mana Murtii Siyaasa isaaniif jecha xiqqessani ilaalun kun maali?
@gamachutasfaye4955
@gamachutasfaye4955 Месяц назад
Namtichi afaan Oromoo in beeku kanaaf magaala Shaggarirraa Oromoo buqqaasaa jira!
@webshow5181
@webshow5181 3 месяца назад
Dhugaa dubbachuudhaf namnii kunii Magaala shaggar bulchuu fi misoomsuufis gahumsaa hin qabu,Nama yaada isaale ibsachuu hin dandeene,Magaalan kun magaala adda oromoon bifa adda ta'een nii ijaaramtii jedhee eegudha,wayyooooo wayyooooo ,Anii akka nama tokkootti namnii kun Dr jedhee hin amanuu please Ragaan barnoota isaa qoratamuu qaba.
@MAMIRCT
@MAMIRCT 2 месяца назад
Gaaffiin oromoo finfinnee shampoo shagaar kaddiirootaf hundeessu ture Dr.?
@bikilaedosa377
@bikilaedosa377 2 месяца назад
Kantiibaan kun madaallii akkamiin laata mee Nan dorgomaa...erga Harrootaa fi Hattoota akkanaatu hoggana ta'ee...
@getahunwakshum4644
@getahunwakshum4644 2 месяца назад
Anwaar,dargaggeessa hiyyeessa akka koo dafqa isaatiin mana ijaarratte irraa diigameef maaloo sagalee ta'i, nuti misooma hin morminu, garuu dafqa keenya dhabne, maatii waliinan bakkeetti hafe, maaloo sagalee naf ta'i.
@bayisaregasaofficial3298
@bayisaregasaofficial3298 3 месяца назад
Namni kun irraa kaafamuu qaba.Nama seeraan Afaan Oromoo dubbachuu hin dandeenye kantiibaa godhanii muuduun sirrii miti.
@lagetedy5709
@lagetedy5709 2 месяца назад
nuuf jiraadhu Anowaar keenya, qalamni kee kana caalaa haa mirgisu dhalli kee hin rakkatin
@GadaGadisa
@GadaGadisa 2 месяца назад
Bayyee namatti tola Kan qofaa miti shaggar keessatti dargaggoota dheedhii isaa malee qabanii waraan geessu kunis ilaallamu qaba
@temesgengetachew3975
@temesgengetachew3975 2 месяца назад
Afaan oromoo RIP
@sayatole4032
@sayatole4032 3 месяца назад
ሲጀመር ሰዉዬዉ ኦሮሞ አይደለም ።ኦሮሚኛ በትክክል መናገር የማይችል ሰዉ ካንቲባ አድርጎ መሾም የሚያሳየው ዲቃላ ኦሮሚያ እንደተፈለገ የሚያሳይ ነዉ። እነዚህ ደግሞ ለህዝቡ ደንታ የላቸውም ። ስራቸዉ ህዝብን መሳቃየት ነዉ።
@MegeresaBro
@MegeresaBro 2 месяца назад
Halan nama rifachisa
@teshomegezahegn1069
@teshomegezahegn1069 2 месяца назад
አንዋር እሔ ሰውዬ ንግግሩም ለሰው አይገባም የቋንቋም ችግር ያለበት ይመስላል ???
@Amante2023
@Amante2023 3 месяца назад
በፍኒፍነ ዙሪያ ያሉ ከተሞች በሙሉ አስተዳደሩ መጸዳት አለበት ብዬ አምናለሁ ምክንያቱ እኔም ከዝህ ቀደም በላጋጣፎ የገጠመኝ የማይወራ ነው :: በእያንዳንዱ ብሮ ስትገባ ያለጎቦና ያለ እጂ መንሻ ምንም ነገር ለሕዝባቸው ማድረግ አይፈልጉም ስለዝህም መንግሥት እነኚህ ሕዝብ የሚሰቃዮትን ለይቶ ጥብቅ ቁጥጥር ማድረግ አለበት::
@EtabezKebede
@EtabezKebede 3 месяца назад
አነዋር አንተን እግዚአብሔር ከጎንክ የቁምልክ በእኩልነት የምትሰራ የእዝብ ልጅ
@GezahegnBenti
@GezahegnBenti Месяц назад
Dhuguma namnii kun kantiibaa shagarii anaan na dhibe jira Jabaa ko atii garu goftaan siwaliin haata'u jabaadhuu waa baayetu jira ummanii dararamaa jirraa.
@ethss7299
@ethss7299 3 месяца назад
የሰው ልጅ ከቤት ወቶ ምርምር ስር ነው የሚል ጀዝባ መሪ ለ ሸገር ከተማ አያስፈልግም ኦሮሞ ሰላም ነው የሚፈልገው እንጂ እንደዚህ አይነት ልኩስኩስ ሰው አያስፈልግም
@MohammedAhmed-dg7ee
@MohammedAhmed-dg7ee 2 месяца назад
Namichoon kun Ofiifuu Buqqa'uu qaba dhugaa Rabbii kun sobduu afuuftuu wayii ti
@Ahmad-jp3bz
@Ahmad-jp3bz 3 месяца назад
Kantiibaan kuni oromoodha mo saba biraati Afaan oromoo hin beeku
@gurmufunane4588
@gurmufunane4588 2 месяца назад
አይ ኦሮሞ በኦሮሞ ብልጽግና መሳለቂያ ትሁን ድሮስ ለኦሮሞ ህልውና አደጋ በኢትዮ አማራ ጨው የታጠቡ ኦሮሞዎች ናቸው ስማቸው ይመስክር ተሾመ ለገሰ ብሎ ኦሮሞ
@namourgo14
@namourgo14 3 месяца назад
Angoon kantiiba Magaala shaggar ,angoo mana murtiifi angoo mootummaa naannoo irra akka caaluu hubadheera.
@sherifahmed2971
@sherifahmed2971 3 месяца назад
Baayyee gaariidha mariin isin gottan kantiibaa magaalaa shaggaarii waliin haa ta'u garu kantibaan akkana Kun magaalaa shaggaarii fi ummata achii jiruuf rakkoodha yaadnii isaattu waldhawaadha ofti amanumaas hin qabu ragaas hin qabu wanta hojjattes kanaafu kabajamon pirizaantiin shaggaarii fi ummata shaggaariif furmata akka kennuuf gaffana
@JeylanKadi
@JeylanKadi 2 месяца назад
Afaan hin beekuu kantibichi Ajaa'iba
@TamratNagri
@TamratNagri 3 месяца назад
Dr.Hojii Hundaa ossoo qulqulessanii muchanii dhalatee gudatee fudhab dhaqee jiraa hintalii heruumuu dhaqiteettii.
@getanehbuli7265
@getanehbuli7265 2 месяца назад
ይህ ከተማ የበሽታ ምንጭ እንጅ የአስተዳደር መስጫ ሥፍራ አይደለም፡
@lydiabooji4772
@lydiabooji4772 3 месяца назад
😢No wonder all the most visited town centers were so desolate, forgotten and fallen apparaat. Unfortunate that people carry the titles like Doctor somebody are seen here on tv as high school graduates!!! Even less...😢 such a neglect ... people whho were on the fore front of this new govern change are totally under threat to see their tuture. This man needs better get back to school and get formal understanding of community life and the legality of circumstances in and out Oromia cities.
@tamiratgizaw7649
@tamiratgizaw7649 3 месяца назад
yesheger ketema meqoqame leporoganda fijotaa inje yeoromon hizbe lemetqame iyideleme yegile tiqimachewun lemasikeber new arisoaderu lib malet alebet benesusime lemenged newu
@WalelignTadesse-q4q
@WalelignTadesse-q4q 3 месяца назад
Nama jimaa qama'e mirqaanee maqaa mootummoota biyyaa akka hiriyàa isaatti yoo waamee baacuu Gaazeexesaan waliin baacaa jira jachuudha. 14:01
@lalisaterfa284
@lalisaterfa284 3 месяца назад
Namni Afaan Hojii Hin beekne Hojii hojjechuu hin danda'amu. Kun Danqaraa Jireenya Oromootaati.
@OroTechHub
@OroTechHub 3 месяца назад
Godina Baalee Aanaa Agarfaa deemaa mee Caayaa 💪🫶
@muktarmen
@muktarmen 2 месяца назад
Kabajamo.gazexesa.anuwar.rabiiumriidhera.sifhakenu.mallqaba.godina.horoguduru.magallashamboo manenganda.chabachabamajiru.yonuf.ilaltee..kesumayu.muslima managandakessa.lagatii.gasha.jiru.imanasitihata.u.nufilala
@YasirKidir
@YasirKidir 3 месяца назад
ይህ ሰው እንኳን ከንቲባ የቀበሌ ሊቀመንበር መሆን አይገባሁም::
@berhanukebededawa6458
@berhanukebededawa6458 3 месяца назад
I found it really painful to watch this interview. The level of incompetence of the so called Mayor is stunning. He doesn't seem to understand or see the simplest and obvious problems. How can he lead the City if his solution to filzy restroom is to build a new one rather than properly cleaning and maintaining the existing. He has no courage to admit any of the problems. How can he fix it?
@kiyarsilalusinargu
@kiyarsilalusinargu 3 месяца назад
❤❤ Anawaar Dhiira namaa Goota Sabaa Rabbi Umrii Sihaa tursiisu
@LoloMorkiso
@LoloMorkiso 3 месяца назад
Kaantibaan Afaan Oromoo waan beeku hinffakkaatu maali inni yaada isaa ibsachuu hin dandeenyee osoo fali itti kennamee.!!!
@alemutolesa3091
@alemutolesa3091 3 месяца назад
ዶ/ር ተሾመ አነጋገሩ የንቀት ይመስለኛል አይመጥንም
@tijaniabajihad1237
@tijaniabajihad1237 3 месяца назад
kantiibaa kun afaan oromo hin danda'u Mee dhaggefadhaa siirti
@UrjiiDereje
@UrjiiDereje 3 месяца назад
Dhuguumaa hin rakkiisaa
@Abdu2030
@Abdu2030 3 месяца назад
Exactly
@ChaliBekuto
@ChaliBekuto 2 месяца назад
Sirri jete.
@WW-hs5fj
@WW-hs5fj 3 месяца назад
Anawar. Keynaa jabaa kaan godina baalee baaha.kaan Magalaa gidhiir kanaa nuu duubbadhuu anawarii kenyaa rakkoo cimarraa jirraa 😔😔😔😓😓
@anoleshow
@anoleshow 3 месяца назад
Dr Inventerii
@adamkawoofficial2156
@adamkawoofficial2156 2 месяца назад
Woyyoo salphina kun😂
@dawitkifle6213
@dawitkifle6213 3 месяца назад
Good job guys. Keep on exposing weak and incompetent "officials"
@tamiratgizaw7649
@tamiratgizaw7649 3 месяца назад
ende 2005 master plan yeoromiya kilelel yizota ahun sheger ketema kemebalewu wuste rasu altekateteme
@feyisamulata5761
@feyisamulata5761 3 месяца назад
Ayi Yaa Dr. !!!!!
@Mahamaad-r2l
@Mahamaad-r2l 3 дня назад
Sagaataan heduun hordoofaa kesaatuu anawaar jamaal heduu sijalaanaa attii abaahaqaatti urimii dhertuu sihakeenuu jabaaduu ilimaa sabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 0:34 0:36 0:36 0:37 0:38 0:44 0:45
@Mahamaad-r2l
@Mahamaad-r2l 3 дня назад
Sagaataan heduun hordoofaa kesaatuu anawaar jamaal heduu sijalaanaa attii abaahaqaatti urimii dhertuu sihakeenuu jabaaduu ilimaa sabaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@beyenekitilaa5658
@beyenekitilaa5658 3 месяца назад
ሻጋር ከነባት አጣብቂኝ ካቢነው የሚፈተን ነው
@beyenekitilaa5658
@beyenekitilaa5658 3 месяца назад
ሻጋር ከነባት አጣብቂኝ ካቢነው የሚፈተን ነው
@brekwarratulama
@brekwarratulama 3 месяца назад
Kana hojjettan sitti agarsiise sunnen horiidha...isaan achi keess aa yaasuudha....qulqullinni kan nama hundaati.Kan Dr Tashoomaa miti.
@HailuBekele-r6r
@HailuBekele-r6r 2 месяца назад
Jabaa nama
@shiferawofficial2923
@shiferawofficial2923 3 месяца назад
Hojiin isaanii inni guddaan hiyyeessota homaa qabne irraa mana diiguudha😢😢😢😢😢 Anwar nama jabaa jabaadhu amma illee
@tesfayegelan8308
@tesfayegelan8308 3 месяца назад
wayoo dooftaraa suraa qofaa
@Warikaelemo21335
@Warikaelemo21335 2 месяца назад
good jobs
@abera-bp6rr
@abera-bp6rr Месяц назад
Really,shame on him.If he couldn't manage his office how can he do shegar.I am afraid.Such a place deserves persons like Take and Addee Adanech.REALLY SHAME ON HIM
@giragnbeyen9512
@giragnbeyen9512 3 месяца назад
Woyyooo Magaalaa Shaggar nama akkamiin gageeffamaa jirtaa? Kkkkkkkkkkkkk😅😅😅😅😅
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 3 месяца назад
❤Moodeela Riqicha Hawasaa kan Yeroo Cufaa irraa lallabni beekaa Eegumsii jiruu Beekumsii Beekumsii gzx AnawarYuusuuf AnawarYuusuuf jiraa jirraa galatoomii hayyuu gzx Anawar Jamaal Charles minister Fayyaaatii taajjabbii caahaa tokkummaatii itti himii
@KedirAbdu-q6w
@KedirAbdu-q6w 3 месяца назад
Wallaahi Rabbii Guddatti Kakadhe Namni Aangoo Feete Qabaattus Ati Gaafa Rakkataa Imimmaan Buusiste Imimmaan Jara Sanii Dunittis Erga Duutes Sima Salpisa Sima Guba Tashoomee Imimmaan Haadholee Fi Diiggaan Masjidotaatii fi Duuti Ummata Islaamaa Yoomuu Turee Hin Turu Hanga Dhugaan Baatutti
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 3 месяца назад
Waldaguudhamoo gurmahiinamoo waliinhojatuudhaa tokkumaabiiyatiidursaa fiigiichaanwaabaleesuun kaleedhalamtee
@kidanefikadu9364
@kidanefikadu9364 3 месяца назад
Cayyaaa gaarii dha. Gaaruu gara shawaa Kaaba Aanaa Qimbibbitti magaalota akkaa Tulufaa, samboo, chaakii, ..
@MohammedKedir-ui2bx
@MohammedKedir-ui2bx 2 месяца назад
Namittiin tun kaatu malee shaggar shaggariin hin taatu
@user-mr1jg1sr2x
@user-mr1jg1sr2x 2 месяца назад
Dhuga ketti afan oromo hin beku namichii
@ezdinozil3738
@ezdinozil3738 2 месяца назад
Anawaro bravo bro 💪👏👏 garu jerrii OBN maalloo mucaa kanaf addara keessaan mucaan.kun nuf egaamu qaba 🙏 biyyaati kana kessati namni dhugaa duubbatu yero bayyee hinbulu 😢😥🥺
@feyisaiticha1651
@feyisaiticha1651 3 месяца назад
This guy is completely unprofessional person he can’t lead shaggar city 😅🐍 He has to go jail or he have to resign R.I.P SHAGGAR
@AliceGutierrez-x4u
@AliceGutierrez-x4u Месяц назад
Thompson Daniel Williams Michelle Young Dorothy
@DallasJohnson-s1i
@DallasJohnson-s1i 11 дней назад
Rodriguez Susan Jackson Kenneth White Steven
@iyasutuge9655
@iyasutuge9655 3 месяца назад
Hojii gurguddaa hojjechaa jirra jettu Dooctor eessaattidha laata????????????????????????????????????????? Dubbiin kun dhuguma isin madaaalaa???????????????????????????????????????????
@kenileisa
@kenileisa 3 месяца назад
Thank you brother
@MohammedAhmed-dg7ee
@MohammedAhmed-dg7ee 2 месяца назад
Afaan oromootuu sirritti hinbeeku saboo namichi Aboo kun Qabbanaawaan Shaggarirratti Eessaa olbahe Dhiiroo DR.sun .....
@UrgessaDGutu
@UrgessaDGutu 2 месяца назад
This guy isn't smart enough to be mayor of so called smart-city; Sheger.
@minteyifru2907
@minteyifru2907 2 месяца назад
Anwar U R Supper!!
@MegeresaBro
@MegeresaBro 2 месяца назад
Anwatr gurban qosatii jira
@jomama151
@jomama151 2 месяца назад
Kana qulqulessun waan ulfatu miti maqaa baleessitu fayyaa kana waaqi nurra haakaassu Anuwar rabbi sa'eegu ❤❤❤
@ArthurKim-i4x
@ArthurKim-i4x Месяц назад
Hernandez Amy Jones Robert Williams Larry
Далее
Учёные из Тринидад и Тобаго
00:23
Сколько стоит ПП?
00:57
Просмотров 96 тыс.
Matta'aa Fudhatte mitii!!
1:01:19
Просмотров 62 тыс.
Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 9ffaa
32:09
Просмотров 101 тыс.
Учёные из Тринидад и Тобаго
00:23