Тёмный

🛑😭😭caaltuun abddii manatti itti dhaqxee itti himannaan abdiin situ badii qaba jedheen ayiiiii jiruu😭 

Shashe Tube
Подписаться 65 тыс.
Просмотров 15 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

1 июн 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 116   
@NajatTamam-db6ly
Abdii dhugaa yoo dubbaanne mucatti kanaa haqasii ittin caalinaa rabbin isin hindhiisuu. Mucattin Kun jireenyasii hajiraattu kana bineensa kanarra adda baasaa. Kalas maalii yero hunda ilmoo a ojjin Akka fedhe daddarbaa tokio mitii sagal hafuudhuu. Caltuun baduma hinqabduu hin deebi,in Kuni yerodhumaaf male sin fedhu
@monazobra3389
Abdii adaraa caltuun misikinaa hin gatin akaa obolesaa ta,iifi😢😢 adaraa, qobasiti hin dhisin 😢😢❤❤❤❤
@user-gd2io9pn5k
Abidiin dhugaa hni dhokkiisiin rabbii sii haa argaa miskiinn chaltuun kan namichaa Samuu hni dalaganee waajjiin gubbati 😢😢😢
@user-hn4fd3pt7j
Abdii jireeye muccaa kana utuu obboleeti kee ta'e akkam gotaa akkuma kanati ilaalta haqii rabbii dubaadhu
@oromiyaoromiya7709
Abdiiii rabbii sodadhuu qabenyaa ofiii haa fudhatuu irraa fudhifii nadhoo biraa ittii galchee irraa jirachisaa abdiii rabbiin lsliiii micayoo tunii midhamtee jirtiii boruu funduree rabbii ittii gafatamtanii
@AbdiisaaMan-vi8gv
Dhugaa rabbii hajjiin caltuu hin midhee jenaan qotee awaale.
@iftuubalee3168
Ummani Abdii jettan kun fayya hin qabu silas Abdiin jarsaaf jartin addan bahaa haa jedhu barbaddan moo bultii diguun heddu ulfatalle caltullen atakaroo bayaifti dhiraa wajjin hilliki qabun bareda miti wan inni sii ballessu irra sabrii horadhu yaa hadhaa manaa 😢
@user-df6in4yw6f
Abdii rakko qabdaa atuu miskiinaa nama isii dubaatu hin qabduu jechuuf akkana jettaani haqaa hin dhoksiin guyyaa duraa maalif anaatu waan hundaa sirresaa jetten waan dubbate hin kadin hajjin nama miti jaldeessa wayee jireenyaatu hin bekuu horii😢😢😢😢
@Sabbontu609
Aboo Abdii pelse dhisaa Hajii namaa jijiramuu mitii guyaa hudaa simaa himatataa oliti hiree calituu tapataanaa pelse rabii sodadhaa💔💔💔💔😭😭😭😭
@Nawi-or8is
Abdii malii attii wan namichi ittigodharu argajirtu.haqa dubadhu ishii uttu obboletii ketate akkasii jatii
@AbdiisaaMan-vi8gv
Abdii attii dhugaa rabbii haqaa is jalaa jalisaa jirtaa. Rabbii sindhisuu
@orgyb9088
Yaa caaltu Koo raabbii SI haa gargaaru
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
Misikana ufii yaarabbii Jarasa akkana nura qabii
@sifaniiibrhimii8865
Saaa dhugaa ketii Abdii 👍👍👍
@adamwako1673
@adamwako1673 28 дней назад
E akanatii kerii yaadae iliimoni nama wani garii yoo dahalage nama fii raabii biratiile kabajaa qabbaa Lakkii kerii wallii yaaddaa hagah adunyaa kana iraa turitanii Hini behetanii isinumma fii dhifahmmaa garuu kerii wallii yaadunii bareddaa
@obsejimmatube1240
Wollahi abdii mucaa kanaa sosbdee itii hiin debsini namaa bultifii tuu miitii hajinii
@fatiaabdullah1107
Hajii yoo dubateef sirrii dubadhuu ykn jirenyaa isanii kessaa bayii hajii sirrii jiraa jechaa jirtaa hirriba qofaf isii barbadaa gowaa Argatee
@bilisumatahiro9895
Abdi chaltuni dhuga qabdi hanga yoomi namicha kana hojjatte jiirachifti chara issitini haajirattu dhisi
@sinkeseseba6563
Caltuu badii keeti dhiisi mee hajjiin dhiifama jedhii caltuun tuni osso nama beetu fakkate gowwaadha waan namni jedhuun hin dhaaggessu gorsaa nama hin dhagahin mee namni waan gaariitti si gorsaan ati atakaroo bayyista dhugaa waan namni jedhuu dhaageffadhu
@NnNn-yl4mp
Caaltuu oduu namattin bultii tee hin diigini enulee waan takka sii hin godhuu
Далее
ዮአዳን (ክፍል 17)
35:16
Просмотров 360 тыс.
Aartii Mo'aa - Tiktookeroota waliin
45:56
Просмотров 12 тыс.
Manguddoo umrii dheeraa
30:24
Просмотров 275 тыс.