Тёмный

🛑😳 caaltun hajjii fudhatee ambotti galuuf deemti hajjiin an du.ee bada malee ithiopia hin galu jedhe 

Shashe Tube
Подписаться 66 тыс.
Просмотров 14 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

4 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 181   
@AlloCel
@AlloCel 3 месяца назад
Ayi carraa kenyaa kanna dhugaa bayee namaa dhibaam bara dhiri raafuu dubaartii bakee baatee dalagdii ufffffffff😢😢😢😢😢😮😢😢😢😢😢
@MeskeremXibebu
@MeskeremXibebu 3 месяца назад
Intalo rabbiin si marachuu atii rakkamtu dhiqee sare nurra usii
@حياةمحمد-ذ7ظ
@حياةمحمد-ذ7ظ 2 месяца назад
Tuuu dhira dhaltii akana mana echi kun yoo wa jedha nile gara nama gutu gadhee kana
@zaraamanuel7847
@zaraamanuel7847 3 месяца назад
Atii isaa malee dhiiraa hin arginee maltuu sii marachee wajjiin icc da'imaa kee qabadhuu galii maatii keetii haatii kee da'imaa haa guddiftuu galii qansiraa hojedhuu😊😊😊😊😊😊
@EmanMohammad-d9g
@EmanMohammad-d9g 3 месяца назад
Yaa hordoftotaa isanii jaraa kanaa hin amaninii me lala hagaamtakka nu shawadaa turaan fayoon jartii hajjitii jedhanii amma fayyon gaad batee anii jartii hajjitii mitii RU-vid gudifachuuf jechaa akka waan kanaa hojjataan nuf himtee
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 3 месяца назад
Caaltuu mashaa Allaah Tabaarakallaah❤ wollaahi duraanilee heeduma sirraa gammada hardha keessattuu baay'ee baay'ee sirraa gammade maleeykaan Rahmaan siif haagamaduu. Baguma salaata saniif kaaste wollaahi Rabbiin imaana siif haakenu uktiil kariim . Nuuf jiraadhu caaltuu❤. Hajjii atilee😅 qaatuma sittii iyyinaa akkasaree amma dadhabne hajjii hujii hiinsoqatu attii Rabbiin siif haalafisu abboo..
@Kubraa271
@Kubraa271 3 месяца назад
Amiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲 C❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@madinaganaso2814
@madinaganaso2814 3 месяца назад
Amma kunii jarsa jadhamaa subhanaallah maaluma rabbin maaluma ume kana yaa intalo rabbin sihagargaaru 😢😢
@hawwiisulxan5135
@hawwiisulxan5135 3 месяца назад
Osoo ana tahe zeeytii itti Naqee bira deema sila namichaa kana akkaamitti wajjiin jiraatan
@AishaHajii-r5n
@AishaHajii-r5n 3 месяца назад
Caalltu ati faya qabdayyuu kaa namichiuma kana wojjin Mata kaa ofi dhukkubbdittu Birra demte dalagatte hin jijjiramu uuuuuuu
@ObsinaanOroArsii
@ObsinaanOroArsii 3 месяца назад
Faayoollee hajjii sii dhiftii jirtii Rabbiin siif haa lafisuu ittophiyaa moo garaa biroo deemtaa😂😂😂😂😂
@user-fg1nb8rv4y
@user-fg1nb8rv4y 3 месяца назад
Dhugaa dhifamaa naaf godhaa. Dhiraa miti durbiyu yoo tesuus hojii 1 malee jirenyaa ishee jibitii. Kun malii namaa mo akmi
@user-rn7nb2bi4f
@user-rn7nb2bi4f 3 месяца назад
namichii kan dhisi amata keetii debii daima kee walin matii kee dhifam gafadhuu waqayoo dhifam gafadhuu ?? Kun namichii samuu hin qqbuu samun isa qulfidhaa kan saree kan malin kun
@taliilliikoohinboorauu5642
@taliilliikoohinboorauu5642 3 месяца назад
Sirra jedhee dhugaa dubatiin yoomii dhira futee warratii gale ittin silaa safuuu😂😂😂😂😂
@ayyuhalummaatube4595
@ayyuhalummaatube4595 3 месяца назад
Ya rabbii dhiraa konkaa dungillaa akka Hajji kana nuraa qabii. Dabesaa waan takka hin beynee dhoqee dalagaata hin beynee kana dhamaa'aa malumaan rabbii si qabaatee Ya caaltuu koo😢. Konkaa jahilaa Hajjiin
@JanatuuAmanur
@JanatuuAmanur 3 месяца назад
Yaa rabbi dhiraa kokaa dunbgillaa. akka. Hajii kana nnraa qabii
@ShGh-u6b
@ShGh-u6b 10 дней назад
Dhuggaa hajjii fii caaltuu woojjii marayytannii praaki nuu godharrann yuu tubbi guddifachufii😮😮😮😮😮
@adamashoo2427
@adamashoo2427 3 месяца назад
Subanaalah Subanaalah
@حياةمحمد-ذ7ظ
@حياةمحمد-ذ7ظ 2 месяца назад
Biyee nyadhuu atii qabirii
@GanatiTakkuu
@GanatiTakkuu 3 месяца назад
Demii asi dhiraa dataa kee hin qabnee futee garaa biyyaa ketii galata atii hajii malee jirachuu hin dadesuu baqa😅😅
@Fatima-s1u
@Fatima-s1u 3 месяца назад
daimaa qabadhuu demiii dubayii dalagii manaa nuf ijariii jetaam hajii 🙆🙆🥴🤣🤣🤣🤣
@user-fg1nb8rv4y
@user-fg1nb8rv4y 3 месяца назад
Calitu silaa mucaa ke waraa abaa hin qaneen walii gargaruma hin qabdu. Rabii dhalaa kee siif haa gudisuu. Mucaa kee fudhuu jirenyaa kee jijjirii kan fanaa baraa kee hin fixin
@AaAa-sz9uk
@AaAa-sz9uk 3 месяца назад
Yaa Allaa namaa abaramaa subanaaa allaaa 😢😢😢😢😢
@mirhossin2693
@mirhossin2693 3 месяца назад
Ws wr wb yaa hajii hojii khee nakolfisisee😅😅😅 rabbin woolinuu nuhaqajelchuu insha'allah 😢😢
@Hawaiisanyiijawee-st5fl
@Hawaiisanyiijawee-st5fl 3 месяца назад
Dhisii galii dubayii demii gudifadhuu
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 3 месяца назад
Safuu dhiiraa akkana namarraa qabii
@aoromotube7270
@aoromotube7270 3 месяца назад
Caltuu❤mee haajii❤ quranaa ittii❤qarasisi❤
@ObsiiOro-u7c
@ObsiiOro-u7c 3 месяца назад
Safuu dhiraa akkanaa namarraa ha qabuu
@BaysaAman
@BaysaAman 3 месяца назад
Hin Galin malitii Galataaa
@Brani-o1l
@Brani-o1l 3 месяца назад
Obbosaa sifaa kennuu
@user-rn7nb2bi4f
@user-rn7nb2bi4f 3 месяца назад
micayon kuni dhuga nama biratif barusaa gudaa taa dhiraf jetani amataa ishe dhifte demte amaa kuno argate jirtii hojii muslimaa dhumani hin bareduu mati kamitti fudhate galtii mee itti qaba lalaa ajibaa kan nama gadisisaa??
@UbeydiAdem
@UbeydiAdem 3 месяца назад
Hin galiin yoo waan ittii galtuu hin qabaattin jiruun biyyaa hin ulfaata
@XvjDhj-xi1be
@XvjDhj-xi1be 3 месяца назад
Kkĵkk
@ayishaayisha5915
@ayishaayisha5915 3 месяца назад
Rabbii issa haa qajelchu ishaallah
@naziifamuktar3139
@naziifamuktar3139 3 месяца назад
😢suballaa yaaAllaa 😢😢
@breebree5007
@breebree5007 3 месяца назад
dhuga.dubachufi.ani.wanani.jedhu.dhabe.baka.kee.yaa.micayo.nana.abeti.cara.keee
@faxumaahirphoo9870
@faxumaahirphoo9870 3 месяца назад
Caaltuu dhugaa at obsaa qabdaa kun akka malitti yaada
@zxczxc3083
@zxczxc3083 3 месяца назад
Buluqaa itti na naqii achitii isayuu nyataa gafataa hin qanfatuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Achiti dhisii biraa demii 😭🙄🙄🙄🙄🙄
@ofiinbontuubalee8409
@ofiinbontuubalee8409 3 месяца назад
😅😅😅😅😅😅buliqaa??hhhhh
@Fatima-s1u
@Fatima-s1u 3 месяца назад
anaa sii fudhee 😂😂😂moo annaa jedhee dhugaa jedhee dhiriii shamaraa fanaa galuun qanidhaa dhugaa 😊❤
@oromotube5947
@oromotube5947 3 месяца назад
ilmoo qabadhu Dubai deemi Ani asuma cisaa jedhee🤣🤣🤣
@BontuAbera
@BontuAbera 3 месяца назад
Lamaan keessanuu horidhaa wly horii akkaa walituu walii argatee iccii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 lafaa abbaa kee fudhataa kotuu ni nyataa
@faxumaahirphoo9870
@faxumaahirphoo9870 3 месяца назад
At eessa jirtaa yeroo hiryoonni kee bakka gurguddaa gahan
@Mastra3390
@Mastra3390 3 месяца назад
Akkaaa fayoo saniti ofiraaa hin dhissituuu ati kan
@Gjofi
@Gjofi 3 месяца назад
Uuuuuuu safuuu dhugaa
@nayiitube626
@nayiitube626 3 месяца назад
Hhhjhh😅😂😅😂😅😂😅😂😅😂😅🎉😅😂😅😂 Yaa Hajii Kan Wly Nanakolfee Wly
@GanniiAhimed
@GanniiAhimed 3 месяца назад
😭😭😭😭😭😭hy carraa kee caltuu 😢😢😢😢😢😢😢
@Qananiitube
@Qananiitube 3 месяца назад
Akkana jettee futee hin galiin Ambooti duriyee itti bine tumsifna gowwaa isaa kana 😂😂😂 Qanidhaa jedhaa kanuma jazba wayi waa'ee qani maliti beeka mee 😊
@BontuIntalaaShawaa
@BontuIntalaaShawaa 3 месяца назад
Kkkkkkkkk dhugaa keeti akkaa nutti hin finee nutti ijoolee Ambo dhira akkaasi hin fenuu😂
@Boontuu-v7c
@Boontuu-v7c 3 месяца назад
Maali kunii sareen dhiira
@mayaramaahussen
@mayaramaahussen 3 месяца назад
Hajiin.kuni.fayaa.qabbuu.😢😢😢😢😢😢😢
@chaltutube9428
@chaltutube9428 3 месяца назад
Namichii kun yerumaa hundaa miillaa ol qabee ciisaa olamoo naaf hin gallee😂😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅😅
@ashuamano1468
@ashuamano1468 3 месяца назад
Caaltuu ❤❤
@SamiraMohamed-e6p
@SamiraMohamed-e6p 3 месяца назад
Subballah
@SaraEbissa
@SaraEbissa 3 месяца назад
Astogfirillaahii
@AlloCel
@AlloCel 3 месяца назад
Maalumaa taa yoo isaa mana moo yoo hojjete si egee ayi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 waqayoo nuu gargaarii😢😢😢😢😢😢😢
@Hawaiisanyiijawee-st5fl
@Hawaiisanyiijawee-st5fl 3 месяца назад
Maa hii hojatuu atii maa hojanee silaa sii dabartee silaa daladee😂😂😂😂😂
@زينبامانو
@زينبامانو 3 месяца назад
😂😂😂😂 rip kalas
@mskh4667
@mskh4667 3 месяца назад
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣hajii hojii keeti nyadhuu
@FanToo-bq8fg
@FanToo-bq8fg 3 месяца назад
Mukaa nyadhu aboo
@Abdiioro-pi9fq
@Abdiioro-pi9fq 3 месяца назад
Kkkkkkkk
@BurteeShow-hm9rg
@BurteeShow-hm9rg 3 месяца назад
Caaltuu.atu isaa.hin geessuu sin dadhabsisuu gurbaa harree kanaa.kadhachuun ati
@iftuubalee3168
@iftuubalee3168 3 месяца назад
Jarumaa kanaa yoo laluu bultii waan jedhan kun naa jabisisaa😬😷
@mskh4667
@mskh4667 3 месяца назад
Dhugaa keeti 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@Zaaraa-s9b
@Zaaraa-s9b 3 месяца назад
Subahan Allah 😭😭😭😳😳🕌🕌🕋🕋☝️☝️☝️
@GaloYeGinciiLij
@GaloYeGinciiLij 3 месяца назад
Wayii hajii gassoo wayii😂😂😂😂
@ayanto6017
@ayanto6017 3 месяца назад
Ee miskinaa 😢😢😢😢
@YazRoom
@YazRoom 3 месяца назад
Maali jeettee fuuttee galataa😮😮😮😮
@rabia1287
@rabia1287 3 месяца назад
haajii waalii Naamaa Ajiibdaa maanii ciisnii ijaarn mo hojtnii yaatnii maallii siillaa Atii yoomuma siirotaa Raabii jedhii maallii kuunii Goowaan Caalltu Raabiin siibiiraa hajiirtuu waallii❤CCCC❤ HHH❌❌❌❌haajii Goowaa
@SamiraMohamed-e6p
@SamiraMohamed-e6p 3 месяца назад
Hayii caaraa kee caltuu rabbin sii gargaruu
@RyE5-rd9zf
@RyE5-rd9zf 3 месяца назад
Caltuu janjooftu nana akkasuman you tube irra dhufte afaan ke hin baniin gowwa
@breebree5007
@breebree5007 3 месяца назад
dhira.akanati.mana.adunyatanarti.dhabadhe.afu.wayaaaaaa.uuuuu.abeti.yaa.waqi.ufe.bade.mali.kuni.wani.nyata.bicha.asaha.uu.safuu
@memeal9923
@memeal9923 3 месяца назад
Dulatiii dhirsaa dhabdee dhiraa qalabdii iterumtee 😅
@sufuhalseeb830
@sufuhalseeb830 3 месяца назад
Abboo Aksii hin jedhii hiree qodaa Rabbiti 😢😢😢😢
@خديجةيوسفانور
@خديجةيوسفانور 3 месяца назад
Dalagate galu hin fedhu umri isaa gutu biya yaman rafuu fedha ful dura isa hin yaduu akamitin jiradha hin jedhu ilmaan kiyaa mal nyatan hin jedhu ama na beelahe nyata jedha sanu hin qanafatu 😱😱😱😱😱😱😳😳😳😳😳😳😳😳👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎🌟
@Hawaiisanyiijawee-st5fl
@Hawaiisanyiijawee-st5fl 3 месяца назад
😅😅😅😅😅😅😂😂😂😂😂wayii hajii hojii kee nyadhuu😂😂😂
@SumaayaMohammad
@SumaayaMohammad 3 месяца назад
Yaa caaltuu hoojatee biirrii tee itti hin keenine hoojadhu kaana kaa raafe hin quufne Yaa Hajjii raabiin soodadhuu gaadii baayii daalagadhu💔💔💔💔💔💔💔💔🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼🤲🏼👆👆👆👆👆👆👆😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ashuamano1468
@ashuamano1468 3 месяца назад
Hajii ❤😂
@AdgchAgsfbd
@AdgchAgsfbd 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@SafiiaBoogt
@SafiiaBoogt 2 месяца назад
😢😢😢😢😢
@user-jb5lm3dl5t
@user-jb5lm3dl5t 3 месяца назад
😅😅😅😅
@SaraEbissa
@SaraEbissa 3 месяца назад
Maaf nyaataa kennitaafiiy nyaataa
@Kadijaawoliyyii
@Kadijaawoliyyii 3 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@SifanKasoo
@SifanKasoo 3 месяца назад
Catuu biyya kamiin jirta nahimi sibarbada
@RahmaaAlrahma
@RahmaaAlrahma 3 месяца назад
Lafanni ciisu sanatti ulee quubsutu ture kana diqaala
@zennootube5689
@zennootube5689 3 месяца назад
Hhhhhhhhhhhhh dhiraaa fudhataniii galluuun jirayiii 😂😂😂😂😂😂
@Sumayaa183
@Sumayaa183 3 месяца назад
😂😂😂😂
@خديجةيوسفانور
@خديجةيوسفانور 3 месяца назад
nyatale kae hin dalagatuu situ dalagara dhufe nyata dalagafi yaa rabi mali namni akana nami hin dadhaba hin jedhu mali kuni haren sil nyata dalage egu qaba walahi harami ishin aka dhira dalagde iti galti amas dalagaraa dhufte nytaa dalagde iti keniti 😱😱😱😱 😳😳😳😳😳💔💔💔💔💔🥹🥹🥹🥹😭
@hawwiisulxan5135
@hawwiisulxan5135 3 месяца назад
Kijibaa bartaan dantaa keessaanni 😂duran na maraartaa amma dantaa keetii
@فؤادالجماعي
@فؤادالجماعي 3 месяца назад
❤💓💚
@فؤادالجماعي
@فؤادالجماعي 3 месяца назад
❤😳
@Fenetoro
@Fenetoro 3 месяца назад
Baddii asii biyyaa keenyaati futtee galtaa sanuu😅😅😅Dhugaa raabii amboti fudhii gaalii ani duriyee itti bitee qalchiisaa ijoolee keenyaa shammaranii gudeedisuufii namicha gowaa kana summati hattolu
@nasraalshamsi6881
@nasraalshamsi6881 3 месяца назад
😂😂😂😂
@nasraalshamsi6881
@nasraalshamsi6881 3 месяца назад
Gudii nuu gotee
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 3 месяца назад
😂😂😂😂😂😂
@Sumayaa183
@Sumayaa183 3 месяца назад
😂😂😂😂😊
@Qananiitube
@Qananiitube 3 месяца назад
😂😂😂😂😂
@Hayat-td6jo
@Hayat-td6jo 3 месяца назад
Yaa hajii 😂😂😂😂😂
@netsanettube9580
@netsanettube9580 3 месяца назад
Caaltuu situ gowwadha Dubai deemii jedhee😂😂😂
@XvjDhj-xi1be
@XvjDhj-xi1be 3 месяца назад
Kkkkk
@FiroomtuuShow
@FiroomtuuShow 3 месяца назад
Hji😂😂 Oromoo Maatii naaf tahaa ❤
@sadaaman-qj8xr
@sadaaman-qj8xr 3 месяца назад
Yaa hajii Rafani nama hinii taratuu kayii hojadu
@DareeHadhaBiyya
@DareeHadhaBiyya 3 месяца назад
Hirbaa isaa fixuu namichii kun😂😂😂😂
@hamzaajarsootube1024
@hamzaajarsootube1024 3 месяца назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😢😢😢😢
@عبداللهالحربي-ب1ه6ر
@عبداللهالحربي-ب1ه6ر 3 месяца назад
Dulachaa kana 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@udhush3381
@udhush3381 3 месяца назад
Ofiyu bakka itti galtu qabdu dhiraa essati futee galta
@ameenaam954
@ameenaam954 3 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢
@sinkeseseba6563
@sinkeseseba6563 3 месяца назад
Yaa caltuu too hajjiin tolee beeku lakkii malee dhugaa waaqayyoo hajjiin kuni nama ta,u oduu bichaa hin qanahu
@DareeHadhaBiyya
@DareeHadhaBiyya 3 месяца назад
Harkaa qulaa maalii gochuu galtuu silaa 2 tatan haa dubai mucaa fudhutaan hin hojeetan jiruu
@BooneTaddasaa-kc4bz
@BooneTaddasaa-kc4bz 3 месяца назад
❤❤❤❤❤🎉🎉
@BiiftuuJaalalaa
@BiiftuuJaalalaa 3 месяца назад
Atu fayyaa hin qabdu safuu
@AishaHajii-r5n
@AishaHajii-r5n 3 месяца назад
Bada dulacha kaii deemi dalagadhufokkata hajji
Далее
TRENDNI BOMBASI💣🔥 LADA
00:28
Просмотров 695 тыс.
OMN Horn Odeessaalee Onkololeessa 3, 2024
56:11
Просмотров 18 тыс.
🛑Ayuun Muslimaamo Malli Cidhaa Yomif Murttesaan ?
12:50
TRENDNI BOMBASI💣🔥 LADA
00:28
Просмотров 695 тыс.