Тёмный

ADABAA : Fiilmii afaan oromoo haaraa | New official afaan oromoo film | action film | 2016 E.C 

Viwo Media
Подписаться 3,9 тыс.
Просмотров 15 тыс.
50% 1

kaayyoon keenya inni guddaan aartii oromoo guddisuu cinatti hambaalee seena qabeessa ta'an kaneen beekamtin isaani umurii isani gad ta'ee sana beeksisun dhalootni jiru kun akka arguu fi maalummaa isani beeku gochu dha. Haaluma Kanaanis Fiilmii keenya kana irrattii bakkeewwan seena qabeesa muraasa kan magaalaa keenyaa kana keessa jiran agarsiisuuf yaallee jira.
Gara fulduraattis yoo haali mijatee akka yaadne nuf ta'e nekemte qofa osoo hin taane oromia guutummaa keessaa naannofne hojii keenya kana itti fufuuf karoora kan qabnu yoo ta'u qaamni dhimmi kun issin ilaalatu hundi kaayyoo keenya kana hubatani nufaana tatanii akka nu gargaartanis gamanuman isin hubachisu barbaana !

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 91   
@MintesinotMinte-fl8iv
@MintesinotMinte-fl8iv 5 месяцев назад
Dhugaa dubachudhaf yadii keessan bayye namati tolaa sher sher nuf godhaa filmin kun hanga 10 demudhaf yaddaa qabna wan tahef namni camera saport nugodhu otto argame garidha ture amaa qarshi dhabnetu taha jiraa kanaf wotch houre nuf hin gune wan tahef sher sher godha wal gesisa
@succes-qg5ki
@succes-qg5ki 5 месяцев назад
itti haa fufu pleaseeeee
@life-pu7fx
@life-pu7fx 5 месяцев назад
hundinu wan dandeenyun walgargaaree aartii keenya gudisu qabna
@Viladin-qc8ro
@Viladin-qc8ro 5 месяцев назад
Wan hundinu yeroo qaba obsan jabaadhaa dhaabadhaa
@Heiniken-yh1bq
@Heiniken-yh1bq 5 месяцев назад
Dhaabachu hin qabu wanta godhamu kamiyu godhati itti fufa abdi hin kutinaa
@ShaRk-ro5ne
@ShaRk-ro5ne 5 месяцев назад
dhaabachu hin qabu jabaadhaa
@Baker-mq1dx
@Baker-mq1dx 5 месяцев назад
Adabaaa wow dhugaa dubachuf taanaan filmi kana baayyee jaalladheera ijoolen asirati hojetan hundi keessan abdi bodetii nu jabaadhaa
@tigist6960
@tigist6960 5 месяцев назад
This is amazing movie I love it and I appreciate you guys
@life-pu7fx
@life-pu7fx 5 месяцев назад
wow yaadni keessan guddaa dha fuldurii keessan ifaa haa ta'u nuu jabaadhaa!!!
@vila-ux8ph
@vila-ux8ph 5 месяцев назад
Wow baayyee bareedadha dhugaa ammas hojjii adda birotin akka deebitani dhuftan abdi qabna 🙏😘❤
@Heiniken-yh1bq
@Heiniken-yh1bq 5 месяцев назад
Jabaadhaa jabaanee waliin dhaabane aartii oromoo isa kufee fi isa ukamfame kana kaasnaa
@Kiyrs
@Kiyrs 5 месяцев назад
Wow ..ijoollee Bochee iti fufaa guys
@RiCe-vo4uq
@RiCe-vo4uq 5 месяцев назад
kun jalqaba keessan kan ta'e hojii bodee irratti isin hojetan hagam akka bareedu danda'u tilmaamuun salphaa dha jabaadhaa issin jaalannaa
@gameworld-ut8nm
@gameworld-ut8nm 5 месяцев назад
Amazing movie 💛💚💙
@skill-kd1bu
@skill-kd1bu 5 месяцев назад
Hojii bareedaa dha ijolee biyyakoooo 😍😘🥰❤️❤️❤️❤️
@Jiruumultimedia
@Jiruumultimedia 5 месяцев назад
Jabaadhaa dhugaa yaadanis ta'ee karaa hundan isin faanan jira akka nama dhuunfaa tokkootti
@HoPe-hh4hz
@HoPe-hh4hz 5 месяцев назад
Baayyee Namati tola gara fuulduratis ijoolee hedu dabalatanii akka hojetan abdin qaba
@happy-pf7cd
@happy-pf7cd 5 месяцев назад
Kun aja'iba dha ammalee jabaadhaa issin jaallanaa 🥰❤️❤️
@yayamundo7959
@yayamundo7959 5 месяцев назад
Baayyee ajayiba dha, jabaadha itti fufaa
@stargallery2283
@stargallery2283 5 месяцев назад
Wow❤❤❤
@help-dr4gd
@help-dr4gd 5 месяцев назад
Jabaadhaa jajaboowwan ijoollee Walageekoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-fi4ri9ii3n
@user-fi4ri9ii3n 5 месяцев назад
Wow nu jabadha abdi saba
@OrthoPage
@OrthoPage 5 месяцев назад
Wooww fiilmii ajaayibaa
@Justtube1216
@Justtube1216 5 месяцев назад
Jabaadha namattii toltuu dhugaa kun
@emanapicturesofficial
@emanapicturesofficial 5 месяцев назад
Woow 👏👏👏
@user-wu2qs8os3e
@user-wu2qs8os3e 5 месяцев назад
@GalaanaaNagishaa
@GalaanaaNagishaa 5 месяцев назад
Jabaadhaa jajjabooo
@Viwomedia15
@Viwomedia15 5 месяцев назад
Like, share, subscribe ...🙏
@ShaRk-ro5ne
@ShaRk-ro5ne 5 месяцев назад
gaafuman ilaalu jalqabun lapheera na quphsee isin jaalana jajaboota keenyaa, tari rakkon tokko tokko jiratus akka jalqabitti gaafa ilaalamu hagam bareeda tahusa muliseera jabaadhaa fulduratis akkasuma waan guddaa dhan issin eegna
@HanaBaker-tu4ef
@HanaBaker-tu4ef 3 месяца назад
Wow wow wow kun aja'iba onee fi ogumaan nu buketi hafee ijole wallagaa
@user-qp8tm5gu8n
@user-qp8tm5gu8n 6 дней назад
Baayyee garii dha anii filmii waan fedhe haa ta'uu afaan oromootin yeroon arguu Baayyee natti tola dhugaa rabbi. Kannafuu,itti fufaa❤
@jacy9054
@jacy9054 4 месяца назад
filmi afaan oromoo akkasi yaadne ture itti haa fufu❤❤❤❤
@Coconat-zc9in
@Coconat-zc9in 5 месяцев назад
diina diigi barnaabaas kehoo ajahibumaa jabadhaa tiimiin Adabaa hundi keessan yeroo dhihootti badhaasa nubiraa qabdu isa dhugaa ❤❤❤❤❤❤1ffaa🏆
@MintesinotMinte-fl8iv
@MintesinotMinte-fl8iv 5 месяцев назад
Sher sher nuf godha tti namoota biraa nuf gahaa male ijole dandeti guddaa qanba qabanera 2ffaa irrati
@kevin-mb3wp
@kevin-mb3wp 4 месяца назад
dafaaaa
@dolfin-di3jg
@dolfin-di3jg 5 месяцев назад
Uuuuuu jechan dhabeem isa dhugaa uffffff maalumaafu jabaadhaa baayyee bareedaa dha hojiin keessan
@JustinMoskovitz
@JustinMoskovitz 3 месяца назад
tokkumaaf gamtaan keessan bareeda dha ijoole Naqamtee tiimiin keessan bayyee namati tola jabaadhaa
@succes-qg5ki
@succes-qg5ki 5 месяцев назад
Jabaadhaa tiimiin keessan kun nati toleeraa please itti na dabala anis jiraatama naqamte dha
@FISh-vw5pi
@FISh-vw5pi 5 месяцев назад
Dadhabiif kaayyoon issin qabatani kaatan Kun miidhagina hojii keessani agarsiisa yoomiyu taanaan namni kamuu hojii hojetu sana beeku fi yaada isa haala jiru kaminu fayyadame ibsun dandeetti isaa isa tokkofaa dha jabaadhaa
@VoliVia-ie2od
@VoliVia-ie2od 5 месяцев назад
kun akka action filmitti yemu ilaalaamu hojii bareedafi erga guddaa qabu dha dadhabii keessanif rabi isinif haa kennuu cima jabaadhaa abdi hin kutatinaa
@CiVo-nq2qy
@CiVo-nq2qy 5 месяцев назад
kana caalaatti sin eegna jabaadhaa
@borat9266
@borat9266 4 месяца назад
Hin dandeesu jabaadhaa
@SovAte-sz3kf
@SovAte-sz3kf 3 месяца назад
Wow wow ❤ kun asuma naqamte dha 🙆‍♂️ wow sin ajaibsifadhera one kessanif jabaadhaa
@oromoomiusic7266
@oromoomiusic7266 3 месяца назад
Wow yaaliin keessan bareedaa dha jabaadhaa
@user-jm8te6ek6x
@user-jm8te6ek6x 5 месяцев назад
naqamtee koo wow idoon arge hn bekne bayyeen arge
@YaHo-zi7dr
@YaHo-zi7dr 3 месяца назад
Adabaa filmi bareeda dha jabaadhaa
@nunanuni7775
@nunanuni7775 4 месяца назад
Err laash kana bqaa hin jibitaa abooo wow 🤙🤙🤙🤙🤙🤙
@ViVa-kg5lq
@ViVa-kg5lq 3 месяца назад
bayyee yaadamtanitu itti fufaa maleeee
@cheguvera8781
@cheguvera8781 4 месяца назад
sin haa tamacha'u bestoliko ❤
@FIShark-fj9dj
@FIShark-fj9dj 5 месяцев назад
Kana irra dedebi'e ilaaluko irra kan ka'e samutti qabadheera Waan hara nuf hojedhaka please
@FirIki-uu8fb
@FirIki-uu8fb 5 месяцев назад
Jaallaneera itti haa fufu ❤❤🥰😍👌👍👏🤝👊🙏
@VolKa-ir7mr
@VolKa-ir7mr 5 месяцев назад
Miidiya guddaa qabdu jabaatani itti hojenan ofira dabartani warra kan garagaaru dandeessu jabaadhaa
@squad-sc6mr
@squad-sc6mr 5 месяцев назад
Wooooow jedhera qaxalewanko
@ethpa5663
@ethpa5663 4 месяца назад
Wow wow wow ❤❤
@jhon-tn2im
@jhon-tn2im 4 месяца назад
wow we like it ❤😍👍
@vivo-dc6xc
@vivo-dc6xc 4 месяца назад
Wow ijoole biyyakoo ❤
@life-pv5kx
@life-pv5kx 4 месяца назад
Congraaaa
@Viladin-qc8ro
@Viladin-qc8ro 5 месяцев назад
Kun qaalii dha jajabeekoo erga jalqabdani xumuru qabdu jabaadhaa
@baji9884
@baji9884 4 месяца назад
bayyee bareeda jabaadhaa
@vido7611
@vido7611 4 месяца назад
wow jenneera
@china7518
@china7518 4 месяца назад
Nati toleera jabaadhaa
@minmina6514
@minmina6514 4 месяца назад
Filmi kana idon hn barbaane hn jiru dhumaratin argadhe hin xaama dhugaa
@EkoLin-ok8yp
@EkoLin-ok8yp 3 месяца назад
Na xamtanitu ijole naqeekoo
@nicolatesla2736
@nicolatesla2736 4 месяца назад
Wow Best
@JesicaEnet
@JesicaEnet 3 месяца назад
Need to be Continued !! ❤
@benjamin-yo9he
@benjamin-yo9he 4 месяца назад
Hin bareeda 👍
@beshatualemayew
@beshatualemayew Месяц назад
Wow jabadhaa waanta bayyee namti toludha
@gary8717
@gary8717 4 месяца назад
Jabaadhaa jabdootaa
@BryceWalker-rx9xq
@BryceWalker-rx9xq 3 месяца назад
Best 🛩🛩🛩👍👍👍
@ZaakirAmiin
@ZaakirAmiin 4 месяца назад
Itti nuufufaa
@popi769
@popi769 4 месяца назад
Bravoo 👍
@donkey5341
@donkey5341 4 месяца назад
dhugaa itti haa fufu
@hugo-jw9nd
@hugo-jw9nd 4 месяца назад
Nu jiraadhaa qaxalekoo
@user-qb9fl8ts7q
@user-qb9fl8ts7q 26 дней назад
❤❤❤❤❤
@kevin-mb3wp
@kevin-mb3wp 4 месяца назад
Nu xaamera itti haa fufukaaa
@cycle4530
@cycle4530 4 месяца назад
abooo na xaameera
@FiniinabelMahammad-yg5vz
@FiniinabelMahammad-yg5vz 3 месяца назад
You can come to have a good night love him so much good to go
@user-nk2gc2ft8t
@user-nk2gc2ft8t 5 месяцев назад
smart❤❤
@user-co8cf5wo9x
@user-co8cf5wo9x 3 месяца назад
Baayee namatti tola
@etina6515
@etina6515 4 месяца назад
Filmi action akkasi osoo sirriti itti fufe hojetame namati tola
@user-qp8tm5gu8n
@user-qp8tm5gu8n 6 дней назад
Kkkkkkkkk akumaa yeroo kanni biyyi nagaadha jedhe😅😅 ayyii
@TolesaObsa
@TolesaObsa 2 месяца назад
Bayee namati tola
@user-jo1oe4ct2x
@user-jo1oe4ct2x 2 месяца назад
R👍
@elonmusk6598
@elonmusk6598 4 месяца назад
ni miidhaga dafaatii itti fufaa
@user-sj6rt6ib5n
@user-sj6rt6ib5n 5 месяцев назад
Wow❤
@HidEn-ro7oc
@HidEn-ro7oc 3 месяца назад
itti fufaa bestolikoo ❤❤❤
@NAFI-xh6fe
@NAFI-xh6fe 5 месяцев назад
❤❤❤
Далее
Mark Rober vs Dude Perfect- Ultimate Robot Battle
19:00
Friends
00:32
Просмотров 955 тыс.
Dorgommii ajaa'ibaa
6:22
Просмотров 6 тыс.
BON KALINDO WABWERANSO NDIIZI TAMVERANI 05/09/2024
16:42
NINKAYGA OO NAAG ILA AROOSAY NIMCA HAYBE IYO SHUKRI
13:30
New Afaan Oromo Film Abjuu Milkaa'e  2019
1:58:14
Просмотров 175 тыс.
Mark Rober vs Dude Perfect- Ultimate Robot Battle
19:00