Тёмный

Anaaf Abjuu Ture Waanti Ati Murteeffatte|Mudanno Jireenya Nama Abdachiisu 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 49 тыс.
50% 1

Xalayyaa Jaalalaa fi Seenaa akkanumallee Barreeffamoota of harka qabdan nama barsiisu danda'an mamii malee nuuf ergu ni dandeessu.
Qophiin keenya Dinqisiiso Addunyaa, Asoosama, Fayyaa, Oduuwwan adda addaa fi Teeknoolojii of keessatti qabata. Isinis Subscribe, Share, Like, Comment Gochuun nu deeggara.
Namoonni gaaffi qophii keenya irratti qabdan comment jelatti yookiin karaa toora/page facebook
oromia24 nu qunnamu ni dandeessu.
#Oromia #Ethiopia #OBN #OBS #OMN

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 521   
@foziorotube
@foziorotube 4 года назад
Ijjoollee oromoo karaa kiyyas kootta matii naf ta'a woli haa guddisnuu. Oromoo 24 naf beeksisi mee
@makdassabougha7775
@makdassabougha7775 4 года назад
Jalala. Kani. Jedhamu. Kuni. Akanati I. Jalala. Dhugaa. Jalala. Dhugaa. Amasi. Waqayoo. Jalala. Kessani.isini.haa.bayisuu.bayyee.nama.gamachistu
@makdassabougha7775
@makdassabougha7775 4 года назад
Lakobisa. Kesanni. Dhabe. Bari
@سالمالبلوشي-ث4ل
@سالمالبلوشي-ث4ل 4 года назад
Wawwwoo bagaa waqayoo si gargaree dhirrii akkana inuma jiraa iyyuu????ebbiimaa hafaa bara baraan sanyii ebbiifamoo ta.aa
@nasortt515
@nasortt515 4 года назад
Ok.oboletii.koo.anisii.ydaa.qabuu.kanaa.aktii.isadhuu.ndhibee.lakosaa.kiyaa.jlaa.sbresaa.kraa.smijayee.ndubisuu.791544080427.anii.dubyii.iraa
@nasortt515
@nasortt515 4 года назад
Mashaallaa.mashaallaa.oboleyonii.koo.bayee.sinii.jladhaa💚❤
@Oromia24
@Oromia24 4 года назад
Anaa Dhufu Namoonni Seenaa Nuuf Qoodu Barbaaddan Karaa Telegram Barreeffaman ykn Sagaleen Nuuf Qoodu Ni Dandeessu. 251917695449 Galatooma!
@xayibabintiisilami
@xayibabintiisilami 4 года назад
Wwwwew Dasi sanyi koo
@abdiikooiyasus7130
@abdiikooiyasus7130 4 года назад
Amma yuu caalati itti yaa fufu
@indiaindia5772
@indiaindia5772 4 года назад
Ani telegiramii hin qabuu
@xayibabintiisilami
@xayibabintiisilami 4 года назад
Inshaallh hin dhufnaa 💃
@ይፈትናልእንጂፋቅርያሸንፋ
Warreen sif qonef yoom nuuf dhiyesite yeroo mara senaa jalalaa qofa irrati xiyyeffata namni senaa garagaraa qaba isaas namootaf dhiyessun garii nati fakkataa
@oromomerondegefaa2679
@oromomerondegefaa2679 4 года назад
Wowo bay'ee namatii tolaa walifi isini haa dhisuuu horaa bulaa isin jenee dhuga Baye sif gamadee sisi bekuu badhusi sif gamadenii jiraa like naf godhaa maloo Bay'een gamadee❤💕💕💕💕❤❤ Galtoomii oromiyaa 24 Itii fufiii I LOVE YOU❤❤❤❤
@hshdstyet9220
@hshdstyet9220 4 года назад
Woooo
@hshdstyet9220
@hshdstyet9220 4 года назад
❤❤❤❤❤❤❤
@ekramabdela8107
@ekramabdela8107 4 года назад
waqayoo Amalee Umri Walin Isin Hadhersu Jalaali Dhugaa Isaa Akasidha Ijoolleen Dhiraa Baarumsa Baay'ee Irraa Fudhatu Osoo Dhirii Hundii akasii Tayee Mali Qabaa
@malehaabdurahim2675
@malehaabdurahim2675 4 года назад
Woww mashalla mashalla
@malehaabdurahim2675
@malehaabdurahim2675 4 года назад
Lakk na ergii
@malehaabdurahim2675
@malehaabdurahim2675 4 года назад
Rabbi wali wajiin isiin haa tursisu
@misradiraamma1846
@misradiraamma1846 4 года назад
Rabbin umrii dheraa issi haa kunu jalala akkaanumaatti iittti fuftu issin haa tau
@jituuoromiyaa3705
@jituuoromiyaa3705 4 года назад
wayyiii caraa ofii kanaa maal godhuu Lataa Obsii homaa miti nuutii shaamaraan waan nuu quunaamu hin beekuu Uuuuuuufffffffff 😊😊😊😊😭😭😭😭 namatti tolaa waaqayyoon jaalalaa kaan caaluu isiinfi haa keenuu muraateen jaalalaa dhugaatii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dhangaintaalaoromo6959
@dhangaintaalaoromo6959 4 года назад
Woww gammachu nama namonni akka koo gammadan liken na agarsiisame waqayo maaatti kee sif haa eebifaasu .attis nagana biyya keeti si haa galchu
@martadufera4676
@martadufera4676 4 года назад
wowwww namaatii tolaa jalaalaa dhugaa jechuun akkanaadhaa aboo abbaa manaa waaqayyoo isaa eebbiisuu maatiikee rabbii urmii siif haa dheereessuu mucaa keessaan isiin haa guddiisuu jalaalliii keessaan hanga dhumaatii isiin haa ta.uu horaa dagaagaa lafaa guutaa
@kiyyaaoromititti
@kiyyaaoromititti 4 года назад
Waqayyoo umrii dheeraa walif isaayaas kenuu jalalii keessa yaa baay'eetuu jireenya gamachuu akka jirtaa dhugaa dubachuff yomu ta’e samon kan xalayaa jala kun akka dhiraa dhekami naa godhaa turee garuu har’a wani naa gamachu guraa kiyaa dhaguu koo hedduu gammadee kan hafaa amalee Rabbi jala keessa yaa tisuu walif umrii dheraa jiradhaa dhugaa abjuu keessa wani dhiraa gochaa garii dhagaa nat faktaa amanuu dhabe 😢😢😢😢edaa nama hundi miti garii hin jiraaa🙆🙏🙏🙏🙏
@obseemusaaoromia3764
@obseemusaaoromia3764 4 года назад
Welcome oromia 24 🤩🥰 ana dura ilaale like ❤💚❤💜 😥😥😥
@alamituugiree2461
@alamituugiree2461 4 года назад
Owwoow Bayee Namaa gamachisaa Mati kee waaqayoo Siif haa ebbisuu
@foziihuseenew885
@foziihuseenew885 4 года назад
Mashallaah mashallah uuuffffaa sanuu baraa kanaa kesaa jalalii akanaa nii jiraa wly rabii adunyaa qofaa mitii jenataa firidosii kesatillee wojii isii haa turusisuu gamachuu imimaa qabachuu naa orogee wly😭 hamatuu isiniraa haa qabuu
@tsahaydamegurmuu6788
@tsahaydamegurmuu6788 4 года назад
Jabadhuu baayyee namatti tolaa homa miti wantii nama hin mudane hin jiru obboletti tenya
@diboraamucaakakuu4395
@diboraamucaakakuu4395 4 года назад
Wowww bayy'ee namaattii tolaa waalif isiin haa dhisuu waqaayyoo jirenyaa qannannii umurii dhertuu waaln jiradhaa horaa bulaa debbanaa 👨‍👩‍👧💔💔💔💓💓💓💓💓💓💓💓
@rahafaaman2693
@rahafaaman2693 2 года назад
Hundii dhiraa Osoo akkasi ta"ee natti tolaa wowowowo siffi haa dhisuu jarsaa kee jiraadha woollini jaraa kumaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@alawyahalawyah3163
@alawyahalawyah3163 3 года назад
Baggaa rabbii sii gammachisee rabbii waliin umrii isiin haa dherressuu😭😭😘😘😘😘😘
@AniisOratodokasiidhaa
@AniisOratodokasiidhaa 2 года назад
Sennaa Gamee Kesaa isaa Kanaa Bichadhaa Onee koo Kan Qabannesee Sisatuu Koo Bagaa Waqayyoo Tokoo Siin Godhee Amasii Tuluu hin Jiganee Ta'aa Baladhaa Gallanaa Yaee hin Dhumanee Ta'aa Biyyafii Lamii Kesaniif Ta'aa Bifatuu Taaatii Tuluu Gubaratii Mulladhaa🥰🥰🥰Dokotoraa Tatii Bakaa Cabaa Kesanii Waliif Sukumaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@birkekebebe1825
@birkekebebe1825 4 года назад
Woooow fayyaaf umurii isiniif latuu jedhan barumsaa garidhaa namatii tolaa obbolotaa kenyaa galatoomi nuf jiradhuu ittifufii yadaa waan irra baradhuu nuf dhiyesituu namati tolaa
@xggdgagx8875
@xggdgagx8875 4 года назад
Baay'ee namattii tolaa waaqayyoo jalaalaa dhumaa hin qabnee isinif haa ta'uu obboleettii koo umrii waliin dheeradhaa 😍😍😍galatomii gammee sabboonaa kenyaa🙏👍👍👍👍👌
@amanekhan7670
@amanekhan7670 4 года назад
mashallaa
@sadaasadaa8541
@sadaasadaa8541 4 года назад
Maashaallahaa jaallala dhugaa jechuu akkaan rabbiin itii sifi hadabluu ishallahaa❤❤❤❤❤
@meserettamirat4964
@meserettamirat4964 4 года назад
Uuuuffff yaa jaalala dhugaa dhiirii akkanas jiraa edaa wq isaa haa ebbisuu jabadhuu hadhoo koo
@mustobintmahmed2566
@mustobintmahmed2566 4 года назад
Baga ngy dhuftani heduu issn jaladha oro❤❤❤❤💕💕💕💕💕💕 😍😍😍😍😍😍😍 Rabbin addani isin hin basi jalala hin dhumine isinif ha kani matii kee rabbin umir sif ha dhersuu
@mariyahajii7246
@mariyahajii7246 4 года назад
Yeroo jalqaba dhagefadhu Sodadhe ture Dhumarati wanta garii hin ta"in dhagaya jedha garu erga hunda dhagefadhe booda ba"aye nati tole hanga ammas namin akkana inuma jira jedhuti Rabbin haga dhumati jalalafi gammachuni walin ha jirachisu amiiin
@muluunagaash5051
@muluunagaash5051 3 года назад
Waaqayyoo Umuri dheraa wajiin isinii haa jirachisuu Ameen
@warqeemiresaamireesa419
@warqeemiresaamireesa419 4 года назад
Wowww bayy'ee namatii tolaa matii kee sif ebisuu jabadhuu dhuga dubachuuf bayy'ee itti gamadee umurii dhera jiradha walitii hafa 💕💕💕💕💕♥️♥️♥️🥇
@zameeramohammed3024
@zameeramohammed3024 4 года назад
baye namati tolaha woluma jiradha
@heshemheshem4723
@heshemheshem4723 4 года назад
Uuuuuuuuffffff jalali ijoluma lamata hin deebiu waaqayoooo dacha dacha siin haa eebisu ❤❤❤❤❤❤
@faaxeeabdullaahi3194
@faaxeeabdullaahi3194 4 года назад
Maashaa Allaah Rabbiin guddaan Umurii keessan woliin haadheeressu. Aakiraafi Duuniyaa Rabbiin guddaan woliin isin haamilkeessu obboleetti kiyya Moominaa.
@imaattt5843
@imaattt5843 4 года назад
Wwwwww bayee namaa gamachisaa caraa qabetii koo bagaa gamadee waqyoo umurii dheraa jalalaa dhumaa hin qabnee dabalee dabalee isinf haa kenuu barumsaa bayee gudadhaa nuf qoduu kesanif gudaa isin galatefana ♥️♥️👍👍👍
@صاليءإسمعيل
@صاليءإسمعيل 4 года назад
Mashallah momina rakkon sii mudatus hirriya kee sirra hin fagane jalala dhuga namni walif qabu akas durbumara dhima hin qabu isumayu anatu irra fudhate jedhe woow dhira akas samu namaf eguf gufu nama mudatu bira dhabatu rabbin ha bayisu
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 4 года назад
Waaqayyoon Ammaayuu jalalla dhumaa hin qabanee siinif haa bayyiisuu😍😍❤❤❤❤❤ mucaan keesaniiisi siniif yaa guddatuu😍😍😍😍❤❤❤ jalaaliidhugaan kana dhugaa!! Yeroo Ammaa dhirii nama otoo hin ta'een durbumaa jalaatuu !!Akkaa waan durbumaa mana dhabuu😆😆😆😆😆
@fatitaha1534
@fatitaha1534 4 года назад
Alaahamdulila yaa allaah sumaa Alhamdulillah sumaa Alhamdulillah sumaa Alhamdulillah bagaa milkooftee uktii koo
@buzeabdi4722
@buzeabdi4722 4 года назад
Waqayoo amsii dhumaa kenyatii yaa barechuu waqayoo sinii waalinanii yaa ta'uu ❤❤❤
@ayshahalek7563
@ayshahalek7563 4 года назад
Maashaallaa tabaarakallaa rabiin amas jaalali keessan hanga dhumaa siif haa taasisu waaqayyoon
@mithumithu1637
@mithumithu1637 4 года назад
Mashaalaa h
@masiidarajjee6789
@masiidarajjee6789 4 года назад
Wwwwooww aarsa jaalalaf kanafalamuu nama hin mararu hora bula😍
@samuutube9514
@samuutube9514 4 года назад
subsceribe shere like nuff godhaa nufffiiiss you tube kenyaa ❓❓❓🙏🙏❤❤❤❤ obbolawan koo waluman haa gudanuy
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 года назад
Kuni carraa gaariidha jabaadha akkasumatti
@dahabeeahmad9244
@dahabeeahmad9244 4 года назад
masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah masha Allaah henduu gariidha kaa rabbiin sirraa haa qabuu ijaa hamtuu
@makaibirahamimaka4905
@makaibirahamimaka4905 4 года назад
Jabadhuu rabii baraka sifi hagodhuu mati kee maraa
@halimaeda4706
@halimaeda4706 4 года назад
Mashalaa
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 4 года назад
Uuufii wantaa yadaa hatuudha bayyee nama gamachisaa waqqaayyoo hangaa dhumaa isaanii walii isaanii haajirachisuu💌💌💌💌💌💌❣
@madinahaji433
@madinahaji433 4 года назад
Baayee namati tola Rabbi wolin umri isin haa dheeresu
@hawwiinagaash6932
@hawwiinagaash6932 3 года назад
Waqaayyoon Walif issin haa dhisuu jalalii keessan bayyee namaati tolaa rabbii issin haa ebbisuu
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 года назад
Jabaadhu moominaa moggoo koo hanga dhumaatti dhaabadha
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa Месяц назад
Masha Allah tabarkalah walif isin ha dhiisuu umiri nuf dheradhaa walin Hasiidafi hisitii isinira ha qabuuu walahi Rabin hinaftu hunda hedu namatii tolutanii baye ijaa hamatu isinira ha qabuuu 💔💔🫰🫶😘💔🥰😘😘🥰😘😢😢😢
@taddaluutamiiruu5777
@taddaluutamiiruu5777 Год назад
Wawa baayee namatii tolaa umurii waaliin dheraadhaa horaa bulaa ❤️🙏🙏
@muluubiranuu2308
@muluubiranuu2308 4 года назад
Ajahibdaa ni jiraa dhirii Akanas Kan jallalaf hidoo balaa Qabuu Bayen diqisifadhee Waqayon walin horsisee isan ya bulchuu Amennnn ⛪🤲❤️😍
@HhYy-r3e
@HhYy-r3e Год назад
Umurii dheeraa waaliig jiradhaa bayyee Namatii Tolaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gamnegamne2057
@gamnegamne2057 4 года назад
Maashallaah jalaala jechuun akkasi rabbiin woliin isiin haa tursiiisu Maashallaah maashallaah Maashallaah maashallaah Maashallaah maashallaah Maashallaah 👍👍👍😘😘😘
@yenetube4927
@yenetube4927 4 года назад
Baga nagagan dhufte ng waqayyo sif haa ta,u Jabadhuu hadhoo kenyaaa👏👏👏👏
@raheemamoh334
@raheemamoh334 4 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭 uuufff jallallaa dhugaa jechunii kannii akkanatii wollifii isinnii haa dhissuu Rabbinii
@hamizyatura4817
@hamizyatura4817 4 года назад
Mashallaa baye nanatii tolaa❤❤❤❤😊😊😊
@hiwotadis2827
@hiwotadis2827 4 года назад
Wow garidha ebifamaa umuri dheredhaa
@zolikazolika1992
@zolikazolika1992 4 года назад
Hamaziyaa dhugaadhaa namati tolaa ani zulekaa bar😍😍😍tunasee 😋😋
@AaAa-ix3fs
@AaAa-ix3fs 4 года назад
Jalalaa dhugaa jechuun kaan Raabii jalalaa kesaani siinif yaa bayi,suu
@sumayatube5074
@sumayatube5074 4 года назад
Wwwwwwwooooooo mashaaallh allh mashaa allh mashaa allh jalalii dhugaa akana qabenyii fixesa utumii walin dheradhaa
@madinaa1452
@madinaa1452 2 года назад
Uuuuuuuffffffff baa,yee daasi jedha mashahlaa dhugaa mucan kun dhiraa walahii Jalalaa dhugaa sif qaba 💘🙏
@SalehSaleh-wi3cw
@SalehSaleh-wi3cw 4 года назад
Maashaa Allah Maashaa Allah Maashaa Allah Rabinii Umrii Keesanii Wolinii isinii Haa dheresuu inshaa Allah 💘💘💘💘💘💋💋💋💋💋💋
@bontujimma8299
@bontujimma8299 4 года назад
Maasha Allah Maasha Allah Bayy.e namatti tola🧡💛💕💓💔🌹🌹🌹
@waleedalhasawi7203
@waleedalhasawi7203 4 года назад
MaashaaAllaah raabbiin nagan sin haa jirachusu
@አሜንአሜን-ቀ2ጰ
@አሜንአሜን-ቀ2ጰ 4 года назад
Malo WA bayye namati tolu kuni Ani dhiri akana adunya kana irra jirra nati hin fakatu rabbi Umuri Issa ya dheresu
@sifaamamiyyee3306
@sifaamamiyyee3306 4 года назад
Mashallaah ammalee wolii siiin haa dhisuu hamtuun isiin hin argiin jalalaaa jechuun kanaa jabadhuu oboletii too
@madinaarsii5422
@madinaarsii5422 4 года назад
Wwwww mashaallha mashaallha jalala kessan rabbi umri isnf haadhersu woln turaa
@nadiatarhini7557
@nadiatarhini7557 3 года назад
kkkkaaaa waqqayyoo isina ebbisuu eebbifamaa jabadhaa waqayyoo ijaa nagadhi walii argaa🌷💜❤️💞💞💞
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 года назад
Wowowowowoow takkaa waan nama gammachiisu dhagahee hin beeku har'a garuu baay'ee gammadee maaloo uuuffe galanni keessan guddaadha
@salihaayederaalji3379
@salihaayederaalji3379 4 года назад
Wawwww Namanii akkan isumaa jiraaa garuu rabbin waliin isiin haa bulchuuu dhugaaa wawwwwwwwwwwww dhiraaa akkan nuf haa bayyiisuuu
@bontuuitaalaarsiishaashee8746
@bontuuitaalaarsiishaashee8746 4 года назад
Uuuf rabbii umrii isinii haa dhereessu obboleti tiyyaa adaa jalaalaa dhugaa jechuu kunoo kanaa ❤❤❤❤❤❤💖💖💖💗💗💗👌👌👌👍👍👍💓💓💓💓💔💔💔😍😍😍
@fmsw8845
@fmsw8845 4 года назад
Woww mashallah yeroo jalqattif Jaalala namaa gamachisaa rabbi wollin isiin haa jirachisuu ijjaraa hafaa 👌👌👌👌👌👍👍
@seenaakoo2154
@seenaakoo2154 4 года назад
Wooww bayyee namatii tolaa waqayyoo isaa ebisuu namaa gariidha kanii baraa amaa hin jireedha
@waaqayyoojalallaa1380
@waaqayyoojalallaa1380 4 года назад
Wow baay'ee namatii tolaa Dhugaa waaqayyoo haangaa dhumata waalin siin haa jirachisuu
@amen5907
@amen5907 4 года назад
Waqaayoo waliin isna bulufaatuu mucaa keessan isn fi yaa gudiisuu Amen jedhaa 😘😘😘❤👏👏
@bontuoromo5272
@bontuoromo5272 4 года назад
Jaalali dhugaa bakka jiruu innuma jira rabbi waliin isiiin haa jirachisuu
@maakkaahmadi2622
@maakkaahmadi2622 4 года назад
Maashallaa maashallaa
@susuujimmayarabbiharmeekko6921
@susuujimmayarabbiharmeekko6921 4 года назад
Rabbi galgala keesaan hotolchuu jechuun kana mashaallah baga milkkofte nama jalataan wojiin bultii ijarachuun Eba qabaachuudha bultiin jaalalaa hin qabnee akka nama baaranda buluuti
@fatimamangistu9475
@fatimamangistu9475 4 года назад
Maashalaha Rabbiin Ummurii Keessan hadheerreesuu
@fozfoz6889
@fozfoz6889 4 года назад
Rabbi urmii dheraa sif haa abba warra ketif sif ilee mucaa kess mati kessan hundafuu fayya nagaa hawwwa gamadee ani bayy'ee
@pacopaco9537
@pacopaco9537 4 года назад
Wawawa horaa baayadha Eebbifamaa
@jdjdjxjxjxbxhjxjx6536
@jdjdjxjxjxbxhjxjx6536 4 года назад
Maashallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah
@sifaniiyoutube9473
@sifaniiyoutube9473 4 года назад
Uuuufff bayee namaa gamachisaa dhugaa jalalaa dhugaa jechunii kanii akkanatii akkaa koo taee wayitii naa gamachisee rabinii umurii dheraa walinii isinii yaa kenuu♥️♥️♥️♥️
@exkuw1547
@exkuw1547 4 года назад
Mashallahi rabbi issa haa ebbisu kaana caala jalaala kaana caalu jidu keesani lammaniti haa bayyisu rabbini
@qoreeqarasibiilaa7840
@qoreeqarasibiilaa7840 4 года назад
Moominakoo Atii carraa qabeettidha dhugummaniyyu bara An dhiirri yihuydaadha jedhe taa'utti Ayyaanummaa Akkasi nuuf qoodu keef Galatoomi🙏😍
@mucaawallaggaabeba9966
@mucaawallaggaabeba9966 4 года назад
Bagaa waaqaayyoo ishee gargaree jirenyii isani ha ebifamuu dabaree
@hawwiishubaa1193
@hawwiishubaa1193 4 года назад
Jabadhaa baayyee namati tolaaa jiruun jalalaa ni ulfaatii
@FatiFati-hq4rd
@FatiFati-hq4rd 4 года назад
Jalalaaa dhugaa
@sabrinaabdy4511
@sabrinaabdy4511 4 года назад
Mashaallaah Mashaallaaah Amayyuu jalala dhuma hin qabine isini haa kenu rabiin Uuuufffee jalalala dhuga mihofitu jechuni isa akasitikaa Mashaallaah
@obseobsicell6862
@obseobsicell6862 4 года назад
Wowwowowowowoow dhugaa waqayyoo ummuri sini yaa dheresu
@abdiyyeelove5418
@abdiyyeelove5418 4 года назад
Qophin kessan heddu Kan nama barsisufi senaa kessa darban Kan nama yadachisudha jabadha
@oromoongaraalaafa5189
@oromoongaraalaafa5189 4 года назад
Baayye namatti tola waliin umrii dheeradha horaa bulaa ❤💚❤
@tadalutadalu8715
@tadalutadalu8715 4 года назад
Baay'ee namati tola dhuga ammas waqayyoo jalala keenyas muca keenyas si haa Guddisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mamitouethiopian2188
@mamitouethiopian2188 4 года назад
Wooooooooww baay'ee namatti tola waqqayyo umrii dhera suunif haa kennuu muca keesssnis suunif haa guddisuu
@obsananasgaeeoromoo4480
@obsananasgaeeoromoo4480 4 года назад
Uuufffff waqayon addan isin inbaasini😘😘😘😘💞💞💞💞💞💞💞💞❤❤❤❤❤❤
@aeshaasd5148
@aeshaasd5148 4 года назад
Warii duurbuma dhabee jeteni iraa baradha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@zediialow4155
@zediialow4155 4 года назад
Wwwwwwwwwoooo bay,een gamadee dhugaa rabii bay,ee dass namaa jedhaa rabii walitii sin yaa hoyisuu bardduu kooo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💋
@bontufikadu6060
@bontufikadu6060 4 года назад
Waaqayyo jireenya kee guutuu siif haa eebbisu!👍👍👍👍
@obseeobsee949
@obseeobsee949 4 года назад
Maashaa Allah Rabiin woliin humrii keessan ha dheresuu
@caaliihuruma7187
@caaliihuruma7187 4 года назад
Wwwwwwwooowaaa dhugaa baayy.ee gaariidha waqayyoo siifa ebbisuu
@abodejamalawda1499
@abodejamalawda1499 4 года назад
Mashaa aallah mashaa allaah rabbiin woliin isiin haa tursisu
@klmniklmni5726
@klmniklmni5726 4 года назад
Waaqayyon maati kee sif haa ebbisu har'aa keessa kootu na gammade seenaa gaarii dhaga'uu koof
@alemamohammed8944
@alemamohammed8944 4 года назад
Maashaa Allah Rabbii umrii isin ha dheresu qaliwan Oromo
@selamethioselamethio3168
@selamethioselamethio3168 4 года назад
Ufffff 😭😭😭😭bayye nama gaddisisa rabbii jaalela hin dhumine rabbii isnif haa kenu ❤️❤️❤️❤️💞💞💞👌👌👌🇬🇳
@birtukangirma1531
@birtukangirma1531 4 года назад
Nama jechuu kanaa umurii dheradha waliin
@fatoumamouhmad3606
@fatoumamouhmad3606 4 года назад
Mashallaa rabbiin a amasi isnii haa baayatuu ❤️❤️❤️❤️❤️
@MMm-rm5gi
@MMm-rm5gi 4 года назад
Osso Namnii hundiii akka Jarsaa kettii ta.ee Rabbii Ammale Jalalaa dhugaa issinif haa kenuu Rabbii waaliin Umurii issinif haa kenuu
@tenagnegetachew2074
@tenagnegetachew2074 4 года назад
Uuuuuuufff bayyeen gamadee dhugaa umurii dheeraa waaliin jiradha
@keriyashafi1523
@keriyashafi1523 3 года назад
Mashallah Aallh 😭😭👈
@abdiabdi7026
@abdiabdi7026 4 года назад
Waqayyoo siif debisuu..ammallee jaalala kessaan akkanuman waqayyoo itti isinif haa fufsisuu ❤❤❤❤❤❤
@asmaaakoraiakorai5074
@asmaaakoraiakorai5074 4 года назад
Mashaa Allah waan bayyee namati toluu dha rabbi umurii dhiraa waliin sin haa jirachisuu
@bmobileboudy6021
@bmobileboudy6021 4 года назад
Mashall tabrkal
@tawahdohaymanote3996
@tawahdohaymanote3996 4 года назад
Baga naga dhufte bro inni hara seenadhuma obboletti koti fakkata .garuu dhumni isaa bayye namatti tola .hunduma Kenya jalala dhuma hin qabne nuf kennu waaqni ameen
@sanyihacee7871
@sanyihacee7871 4 года назад
Jalaali dhugaa hin argamuu akka salphatii bagaa milkoftan rabbi umurii waalin sin yaa dheeresu
@hananyounis3349
@hananyounis3349 4 года назад
lkofsa bilbilaa kesnii barananaa galtomaa
@bintiislaambintiislaam4635
@bintiislaambintiislaam4635 4 года назад
mashaa Allaah bayyee bareeda horra bula😘😘😘👨‍👩‍👧‍👧💏
Далее
Ati Maraatuudha Naan Jedha
15:33
Просмотров 27 тыс.
Dogongorri Guyyaa Tokko Aarsa Na Kanfalchiisa Jira
12:57
Gooftakoo Lamaan Keenyaafuu Ni Geessa
14:27
Просмотров 19 тыс.