Тёмный

Argadhe Jedheen Boollichatti Seenen Awwaalame 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 17 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 233   
@Oromia24
@Oromia24 3 года назад
Maaltu beeka Karaa Telegramii Kana Bultii Kan Waliin Dhaabbatu Argamu Danda'a, Join Gochuun Wal Janajana t.me/oromiyaa24
@foziibintiislaamji9720
@foziibintiislaamji9720 3 года назад
gammee hoji ke nyadhu😄
@misiramohamad4256
@misiramohamad4256 3 года назад
@@foziibintiislaamji9720 obboleti ko fakatii ofii argachu da'aa dimaa godhachu hin da'aa
@fakihanaser8399
@fakihanaser8399 3 года назад
Yaa.raabii.salimina
@birkenanesa7854
@birkenanesa7854 3 года назад
Kkkkkkkkk Mal mal ?🙄😃😃😃😃
@giftiitube7120
@giftiitube7120 3 года назад
Maltuu bekaa j jartii osoo qabuu hin qabuu jedhuu naatii fiduu dandaa ganaa senaa baresuraa natii yaa hafuu laakii😂😂😂
@galuutube1035
@galuutube1035 3 года назад
Uuuuffff Yaa jiruu biyyaa lafa tana Amanta itti Amantutti jabaadhu laphee kee qulqulluu taasisii kadhadhuu wanti isaaf hin danda'amne in jiruu Waaqayyoo va..kanarraa bilisaa sii haa taasisuu obboleessa koo Fakkeenyaa tokkon siif fudhadhaa Dubartiin naannoo keenyaa takka Abbaa mana ishee vaayireesii kanan irraa boqotee isheenilee akkasumaa vaayireesiichi qaama ishee keessa kan jiruudha.Dubartii tun garuu erga Abbaan mana ishee du'ee gara mana waaqayyootti laphee ishee qulqulleessitee bo'achaan gara isaatii deebitee Xasabalaan dhiqaachuun(Xamaqamuun) dhukkubnii sun ishee keessa bifa gargaran bahe fayyitee Waaqayyoof Raaga baate Hanga yoona dubartiin tun akka naannoo keenyaatti namoota hundaaf akka Raaju waayitti kan himtudha .atis akka amanta keetti Lapheen deebi'ii kadhadhuu ni fayyitaatti koodee koo
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@haadhakoomariyam5683
@haadhakoomariyam5683 3 года назад
Dhugaa kee jete anu nama bayy'ee bekka kaa tsbalaati fayyani
@tigistbiranucell8557
@tigistbiranucell8557 3 года назад
Dhugaa jetee kodee laphee qulquludhanii yoo kadhatanii watii waqayoo dadhabee hin jiruu
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@giftiitube7120
@giftiitube7120 3 года назад
Matii na ta'ii
@suseetube217
@suseetube217 3 года назад
Uuuuuuuuuuffffff senaa kana dhageefadhee imiimaan qabaachuu dadhaabee obboolleessaa Koo Rabbiin si haa faayisuu 😭😭😭😭
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Susee mattii nafii tayyii sanyii
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
@@jawarandmarro7230 sanyii kottuu mattii nafii tayyii sanyii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
Yookanis namni lubbuu isaa dhisee foon ofitiif figuu dhumni isaa hin toluu 🙏😭 badii kee kan kaleessaaf waqaayyoof gabbii galii 😭😭 akkaa amantaa keeti kadhanaa keeti jabadhuu kadhadhuu waqaayyoo badii jibaa malee dhugaaf yoo deemanaa wantaa dadhabee hin qabuu uuufff🙏😭😭😭😭
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
@@jawarandmarro7230 tolee atilee miseensaa kiyyaati dabalamii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@madinayoutube5517
@madinayoutube5517 3 года назад
Gara Rabbi keetti deebi'i da'ahii godhadhu inshallah hin fayyita qoricha isaas sirritti hordafi abdii hin muratiin Rabbi jiraa
@burtukaanb3734
@burtukaanb3734 2 года назад
Uuuuuuuf jaabadhuu obbollessa koo rabbii si hafayyissuu
@hawwilove3631
@hawwilove3631 3 года назад
Amshir hin fayitaa anii namaa fayee argee jiraa walahi qorsaa seranii itti fayadamii rabii sii haa fayisuu inshalaa 😢😢😢😭😭
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@hamziitube1894
@hamziitube1894 3 года назад
Well come game Dura ana dhufee Sabskirabi naf godhaa oromo koo ❤❤
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Mati nafii ta.i sanyii
@hamziitube1894
@hamziitube1894 3 года назад
@@jawarandmarro7230 ok sif taye jira atilen
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@hamziitube1894
@hamziitube1894 3 года назад
@@caaloofirii OK atilen naf tayii sanyi
@chuchesiyoum4900
@chuchesiyoum4900 3 года назад
Atis koottu
@safiyasafiya8812
@safiyasafiya8812 3 года назад
Qorichaa gatii widdiin bitataa fayadamii ni fayyitaa inshaa Allah rabbii sii haa fayyissuu abdii hin kutatinii namni fayyuus darbee darbee ni argamaa
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@mahiionneejalalaa1142
@mahiionneejalalaa1142 3 года назад
Kessattu dargaggoon biyyaa keenyaa osoo jalalaa dhugattin namni Laphee ofiittin isaanif caabu isaani laphee jalalaa dhugaa qarshif jechaa caabsan nama biraa deeman,cuubuun isaan nama dhugaan jaaltee Cabsaan deeman taari wantaa hin taane irraa busuuf mala kanafuu pls obbolewwan koo hiyyomadhaa nama dhugaan isiin jalatee walin qaamaa kessan fayya jiradhaa
@alimakumbi1373
@alimakumbi1373 3 года назад
Obboolleessa koo hin yaadiin hamma namni kamu jiratuu jirachuu dandetaa .. Amshir an argeera haadhaa manaf abbaa worraa Veyres HlV qaban garuu hanga ammaa ijoollee godhaatu . . ..
@almasamy2062
@almasamy2062 2 года назад
AAAAAUUUUUUU💔💔💔💔💔🙉🙉🙉🙉🙉
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Ana dhufuu bagaa nagan dhuftee mee asuman kotaa matii naaf ta,ii qalliiwankoo ❤💚❤
@addis6256
@addis6256 Год назад
Nagaa sifii Yaa tawuu obolesaa koo namii biyaa lafaa kanaratii qorametuu jiraa atile modanoo ketiraa wanii baree baradhee dhii bichaa mitii shamararee hin qunamaa atii kunii tayee jete anisii hin kutatiin waqayoo fayisadhaa atii lapee ketii amanii malee hin fayitaa anii dhibee kee mitii humurii ketuu naa gadidsisee olitee hin bulin walidaa arrara masaratii biraa demii naqamitee hin fayitaa debitee dhugaa bataa
@hffhhg8062
@hffhhg8062 3 года назад
welcome gammee🙋🙋🙋
@LovelyBubbles-fb8gj
@LovelyBubbles-fb8gj 6 месяцев назад
Uuuu'dhugaa bayee nama gadisisaa
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560 2 года назад
😢😢😢😢 waqaayyoo siyaa fayiisuu kaa
@solanegalata7206
@solanegalata7206 3 года назад
Obbolessa koo hin yadanii nii fayyitaa waqayyoon kadhadhuu mana kadhataa demii fayyiii harkii waqayyoo dhi'odha abdii hin kutiin sadarkaa amma kanatii atii aduun kee gannamadha hirriyya kees hin dhisiin waliin tabadhuu maaliif yoo jette fayyisuun waqayyoo amma libsuu ija wan ta'eef atii yadda kee wan hundumaraa kasii garaa kee qulquludhaan waqayyoo Araraa kadhadhuu waqayyoo sii fayyisaa obbolessa koo
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@hffhhg8062
@hffhhg8062 3 года назад
uuuuuuffffff obolesa hin yadin wati hundhu qodha rabiti😭😭😭😭😭😭😭☝☝☝☝
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 3 года назад
*Waqnii Sihaa Fayisuu Hadhokoo dhugaa Ni fayitaa Waqa kadhuu Waldaa Araraa demmii Dhugaa Ni fayitaa Amanii Obbolesaa Koo Abshirii Waqnii Sii Fayisaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭*
@sabontu3936
@sabontu3936 Год назад
Ishen wamicha garuma woldati betu Wqa itti Amantu laphe keti kadhu jedhi nura dhisa wa.e wolda Amata isa akka kam ta.e beta
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Uuuu bayee Nama Gadisisaa dhugaa Rabbiin Dadayadhaa Rabbiin Siraa ha Fudhuu inshaa Allah
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 года назад
Waqayoof wan hundinuu salphaa balesakee duraaf dhifamaa gafadhuuu 😭😭gara waqayoti Debi,ii dhibee Kee irraa si habisuu danda,aa kiyaa dhumeraa jete abdii kutate hin dhisiin waqayo sifayisaa oke 🙏🙏🙏🙏🙏
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc 3 года назад
abshir waqaayoi jiraawaldaa araraa deemii wanti namati ulfateewaqayoof salphaadhaa😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@ayshamoza8455
@ayshamoza8455 3 года назад
Uuuuufffffff dhugaa baay'ee nama gadiisisa akka yaddaa namati waqqayoo inni hundumaa danda'u jiraa iyeesuus atii qalbii keettin waqqayoon hammaani maale susii garagaraa si qabes dabalatee dhukkubaa keera bilisaa ni bata maaqqa iyeesuusin hatti hamanii waqqayoon kaadhadhu maale hadhaa mana keetinilee yeroon walitti deebitte jiratu ni dhufaa garu deebitte hin dogogorin.
@hawwiijabeesaayoutube6044
@hawwiijabeesaayoutube6044 3 года назад
Uuuuuuuufffffffff carra dhalaa nama 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😥😥😥😥
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@boniicell3994
@boniicell3994 3 года назад
Yaa obbolesako dhukkubni guddan fuula waqayyo waan hin jireef cherch deemi waqayyo kadhachifadhu ni fayyita
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 3 года назад
Welcome
@alimakumbi1373
@alimakumbi1373 3 года назад
Uuuuuuufffffff Amshir obboolleessa koo raabii si haa fayyisuu 😭😭 raabiif wanti hin dandamnee hin jiruu akka amanta keti kadhuu 😭😭
@binitiislaam6154
@binitiislaam6154 3 года назад
Uuuuuuuuuffff rabbi sii haa fayyisuu inni waan dadhabee hin qabuu
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@astefikadu2184
@astefikadu2184 3 года назад
Jabadhuu bor koo waqayoo sii wajinii haa ta.uu hin cinqamini jiraa waqayoo jabadhuu
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Aste mattii nafii tayyii sanyii
@torfatorfa9395
@torfatorfa9395 3 года назад
BagaNagaanDhufteGamee
@rahmabeevi2423
@rahmabeevi2423 3 года назад
Rabbi si haa fayyissuu itti ulifatuu
@giftiitube7120
@giftiitube7120 3 года назад
Waantii namaf dadhabamee waqayyoof ni dandamaa dhukubaa kan sirraa yaa fudhuu😭😭😭😭😭
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Ogm waaqayyoo si haa fayyiisuu hadhoo koo uuuuuuuuuuuufffiiii😢😭😭ganamaa badee turee kee Ayyiiiii osoo jaallaali mali akka ta.ee atti bekkuuni jireenyaa kee duraa balleessee ammanii waaqayyoo ammadha dhugaa In fayyata bro Absharii
@hogeettijaalalaa4547
@hogeettijaalalaa4547 3 года назад
galatoomii Abshir Waaqni si woliin haa juraat🙏
@merakhan6147
@merakhan6147 3 года назад
Uuuuuufffffffiiiiiiii 💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
@gaddoo2645
@gaddoo2645 3 года назад
Hin fayyitaa obbolesaa koo waldaa demaa namotaa bayy'ee Waqaayyoo fayyisaa jiiraa
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
ya Obolesaa kiyaa Halkan Guyaa Rabbiin Kadhadhuu Akkaa Rabbiin Sii Fayisuu
@mdamina1960
@mdamina1960 3 года назад
Uuuuuuuuufffffffffff yaa jirenya duniyaa tanaa 😭😭😭😭😭🌷🌷
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@oromiyaabiyakoo1741
@oromiyaabiyakoo1741 3 года назад
Waldaa araraa demii nifayitaaaaaaaaaa
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@hawagali8140
@hawagali8140 3 года назад
Badi ketif Rabin sif Ha dhisuu 💔😭😭
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 3 года назад
Bagaa nagan dhufitee gamme kenyaa jabbadhu itti fufii
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@هاجرراشد-ش9ه
@هاجرراشد-ش9ه 3 года назад
Senanan kee namaa. Gadisisaa😭
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@هاجرراشد-ش9ه
@هاجرراشد-ش9ه 3 года назад
@@caaloofirii sif taheraa
@jituuoromiyaa4014
@jituuoromiyaa4014 3 года назад
Yaa rabbii yaa allah homaa mitii
@kiyadame4598
@kiyadame4598 3 года назад
😭😭😭 rabbii sii haa fayyisu seenan kees edduu namatii dhaga'aama 💔💔💔
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@kiyadame4598
@kiyadame4598 3 года назад
Tole sanyii
@sameraabdulla9003
@sameraabdulla9003 3 года назад
In fayyitaa inshaa alaa abshir
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Sanyii mattii nafii tayyii
@hawwiinkoojannata5143
@hawwiinkoojannata5143 3 года назад
rabiin wan dhibu hin jiru rabii danda'aadha sihafayisuuu
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Mattii nafii tayyii sanyii
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Abashir ufffii yaa Rabbii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@sanyiiijawarii377
@sanyiiijawarii377 2 года назад
Uuuuuuuuuuufiiiiiii😭😭😭😭😭😭
@siifuarsii1145
@siifuarsii1145 3 года назад
Uuuuuuuf baaye nama gaadisisa
@bortokalbortokal7435
@bortokalbortokal7435 3 года назад
Wapyo faysa🙇🙇🙇💯❤
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@fayikattube5128
@fayikattube5128 3 года назад
😭😭Uuuuuffffff yaa wolalumaa
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 года назад
uuuuuuuuufff bayyee nama gadisisa waqayyoo gara koo naa nyatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Sanyii mattii nafii tayyii
@jamelako4822
@jamelako4822 3 года назад
Rabiin fayaa siif haa latuu inshallaa
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@jamelako4822
@jamelako4822 3 года назад
@@caaloofirii tollee egaa jetee
@ayinuutube6842
@ayinuutube6842 3 года назад
Waaqa yoon siyaa maru
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@orosabontuarsii5162
@orosabontuarsii5162 3 года назад
Abshiir obolleesa koo namni hin dogogore hin jiruu garuu seenan kee heduu qalbii nama chapsaa 😭😭😭😭😭
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@munamuna8854
@munamuna8854 3 года назад
Yaa Allha
@ashias9880
@ashias9880 3 года назад
Subaan Allah
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@lovemom2049
@lovemom2049 3 года назад
Uuuuuuuffff Rabbii 😭😭😭😭Abshiiri
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@anuwaaroromo7472
@anuwaaroromo7472 2 года назад
Garaa rabbiti deebi'ii rabbii sii ummee dhiifamaa gafaadhu amma lubbuu kee offi qulqulleessi badii keetif rabiin kadhu
@portugalpotentially9666
@portugalpotentially9666 3 года назад
😭😭😭😭😭😭
@angelpadno1914
@angelpadno1914 3 года назад
Woyyooo😭😭😭kalas baga rabbi ilma tokko sof kenne innumti umuri sif dherate hanga ati bar badduti sif habahu
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@makiadem2505
@makiadem2505 3 года назад
amshirii❤
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@ekramabdela8107
@ekramabdela8107 3 года назад
Uuuuuuufffffff😭😭😭
@uaekf6841
@uaekf6841 2 года назад
🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻❣❣❣❣❣
@bayushyemaryamelij8936
@bayushyemaryamelij8936 3 года назад
Uuuffffff😭😭😭😭💔💔😥😥😥
@workineshgomen6886
@workineshgomen6886 3 года назад
Uuuuuufffff
@arsiibaha2587
@arsiibaha2587 3 года назад
Uuuffii Rabbii ssi haa fayyisuu
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Arsiyye mattii nafii tayyii
@burteetube3415
@burteetube3415 3 года назад
Uuuuuuffffff miskinaa koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😍😍😭😭😭😭
@orogold1886
@orogold1886 3 года назад
Yaa Allah 😥
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 года назад
Lamafadha❤
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@masaratfirrisaa8392
@masaratfirrisaa8392 3 года назад
Waldaa Araraa waqayyoo Adunyaa demi ni fayitaa
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@almseer4914
@almseer4914 3 года назад
Dhugadhaa nii fayyitaa
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
@@almseer4914 mattii nafii tayyii
@sameerasami4404
@sameerasami4404 2 года назад
Walddaa,dhaqii,hin,,fayyittaa Abidii,hin,kutatii,hin,fayyittaa,
@stoormac9566
@stoormac9566 3 года назад
🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@faxeeasfaw5195
@faxeeasfaw5195 3 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭
@taddemucakakuutaddemucakak2334
@taddemucakakuutaddemucakak2334 3 года назад
Dhugaa Walda deemi waaqayyoo sii fayyisaa abdi hin kuti waaqayyoo sii qulesa ammani male waaqayyoof salphadha ok
@merkebedechesa6940
@merkebedechesa6940 3 года назад
Bagga naggan dhufte gamee ❤❤💚💚💚
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@tamartamar5034
@tamartamar5034 3 года назад
💞💞💞💞💞💞
@Sarakhan-ns7me
@Sarakhan-ns7me 3 года назад
Well gammee ❤🙏
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@Sarakhan-ns7me
@Sarakhan-ns7me 3 года назад
Tole
@هاجرراشد-ش9ه
@هاجرراشد-ش9ه 3 года назад
Lake gamee tube
@sokoreso1067
@sokoreso1067 3 года назад
Uuuuuuuuuuffff
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 года назад
Walada hififahina demihiyasus fahisadha amanimale hobolesa abdihikutini hiyasus goftani fahisa fonifilubuti bushofitukesatiaragama yokinimo wadaharara laqamatera maloolubukebarari bexetahi mal gochudhufute sinijedhani hitisiqelai anumasijedhe tiru🤝🏽😍💔baye sijaladha😚😚😚👈🙏🙏🙏🙏
@FathimaFathimai
@FathimaFathimai 2 года назад
Hik😭😭😭😭😭
@زايدالراشدي-ذ3ل
@زايدالراشدي-ذ3ل 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭☝
@madinaa1452
@madinaa1452 3 года назад
Uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir yaa obolesaa koo raabi jiraa ni fayitaa mana amantaa demi dedebihi addara adara dahimaa keeti jedhii yaa obolesaa ama jalqabii uuuuùuuffffffffff 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️❤🙏🙏🙏
@guyyoowariyyooabbaajirma7961
@guyyoowariyyooabbaajirma7961 3 года назад
Oromoo koo matii.naaf.ta.aa
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Mattii nafii tayyii sih tayyaa
@nonaa383
@nonaa383 3 года назад
Ayiiiiiii yaa Caraa kee😍🤔😢
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@sabriinaaturee6711
@sabriinaaturee6711 3 года назад
Itti himi dhugaa jirtu jaartii teetti
@misiramohamad4256
@misiramohamad4256 3 года назад
Barumasaa gudaa irraa argan bayyee galatomii rabbii humaan siyaa kenu
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
Uuuuffff 😭😭😭😭😭😭
@haanaasiijaladhaoromookoo4002
@haanaasiijaladhaoromookoo4002 3 года назад
obolesaa koo Addii hin kutatiin garaa mana waqaa deemii kadhachifadhu
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyii
@haanaasiijaladhaoromookoo4002
@haanaasiijaladhaoromookoo4002 3 года назад
@@caaloofirii ok
@asyiadhufe4641
@asyiadhufe4641 3 года назад
Uuuuuuuff 😭😭😭😭😭
@huwaiehuwvie432
@huwaiehuwvie432 3 года назад
Yaa obbooleessaako amaanti beeku baadhus gofta yesustti yoo amantee Ni faayita gi'ilaakeetis gammaachuun deebite jiraattta pls gara Mana waqayyooti fuulàkee deebi.wanti lubbuukee siif caalu hin jiru
@jimmitiijimmaa8030
@jimmitiijimmaa8030 3 года назад
Uuuffii duraa bayyen kolfee garuu bodara Haman imiman buse bohun ta,e wly mal siin jenaga obolesa koo rabbin kara bekkamnen sirra ha ballesu hini wan dadhabe qabuu garuu kanin siiti dhamadhuu shamaran birratii darbitee ittin fallin irra ofii qusadhu addara obulumaa
@oromoorommiyaa4954
@oromoorommiyaa4954 3 года назад
😭😭💔💔😍😍❤️💚❤️
@caaloofirii
@caaloofirii 3 года назад
Kotuu matii naaf ta,ii sanyij maloo
@darointalabishee5394
@darointalabishee5394 3 года назад
Uuufff Abshirr obolessa seeran qoricha fudhannaan hammumma nama kamiitu ni jiraatta Abdii hin kutin 😥
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@MusxafaJamal-w4b
@MusxafaJamal-w4b 4 месяца назад
Rabbii kee kadhu nii fayyitta
@buranetesfs7586
@buranetesfs7586 3 года назад
Waqayyoon kadhadhuu dhuga nii fayyita Amanii male dhibbee guddan hin jiruu waqa guddaa malee Naqamtee Demii nama Waqayyoo Raji masarti tayyee kadhachisifadhu dhuga Waqayyoo nii fayyitaa
@madinaburqa7104
@madinaburqa7104 4 месяца назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@urjiitube4711
@urjiitube4711 3 года назад
Obbolessa koo waqayyof wanti dadhabamuu hin jiruu waqayyo amani ni fayyita
@almseer4914
@almseer4914 3 года назад
Charchii demii hin fayyitaa naa qunamii hadhoo kooo charchitii namaa bayyetuu fayyaa jiraaa
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@birhanewakuma5502
@birhanewakuma5502 3 года назад
Cubu keeti gabi gara waqayyooti debiyi hin fayita maqa iyasusin
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Ijolee oromo mati nafii taa sanyiwwan ko
@fantotasfa6780
@fantotasfa6780 3 года назад
Of eganon jiradhuu hangaa namaa kamiyuu ni jirtaa obolesakoo
@Sefaachannel24
@Sefaachannel24 3 года назад
Sanyii mattii nafii tayyii
@nonaa383
@nonaa383 3 года назад
Wolicamee Gammee Qalii kenyaa
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
Matii nafii ta.i sanyii
@nonaa383
@nonaa383 3 года назад
@@jawarandmarro7230 kunoo sifii teraa Qashitii KOO 💔💜🖤
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 года назад
@@nonaa383 Galatomi
Далее
Anaan Dhiiste Firashee Amante
13:05
Просмотров 15 тыс.
Bareedduu Fuudheen Barerdinan Dhabe
11:08
Просмотров 7 тыс.
БЕЛКА РОЖАЕТ? #cat
00:24
Просмотров 362 тыс.
Maallaqa Liqeeffadheen Deebisu Dadhabe
18:11
Просмотров 5 тыс.
Qullaa Kiyya  Na Dhiisee Deeme
14:00
Просмотров 12 тыс.
Seenaa Ajaa'ibaa Dhaggeeffatamu Qabu
23:06
Просмотров 7 тыс.
Xalayyaa Haacaaluu Hundeessaaf Barreeffame
12:21
Просмотров 29 тыс.
Sodaa Kennaa fi Amiinaa| Imaanaa Imaltuu Kutaa 8ffaa
14:23
Waantan Argee Si Fuudhe Beekta?
15:37
Просмотров 21 тыс.
Sammuu Kiyya Maraachuu Geesse
15:19
Просмотров 19 тыс.
Maaliif Akka Na Dhiiste Beekeera
18:10
Просмотров 31 тыс.