Тёмный

Sammuu Kiyya Maraachuu Geesse 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 19 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 90   
@biiftuoromiya5201
@biiftuoromiya5201 2 года назад
Malii kuni safuudha.Malii jechuudha kana hunda 😭 Waaqayyoo isheef haa dhisuu!hojii harka ishee argatee.Ati obbooleessa keenyaa namni hundii Amalli isa Tokkoo.miti.knf akkkuma duraatti gaarii namaaf. Yoo yaadee wanuma gaariitu sii Egata waan Ta'eef.waan sii gotee ofii keessaa basii gatiitti akkumaa durati Laphee qulqullun namaf yaadii.namni kanuma facasee hammata.
@ShelemeBarecha
@ShelemeBarecha 2 месяца назад
Uuuuufff obolesa koo obsi rabbii hiree gaarii sii haa basuu insha allah❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MdAmin-pq5kj
@MdAmin-pq5kj Месяц назад
❤❤❤dhiraa jechun kaah akkana kannaa dhugaa dhubachufi
@mdtofiq1987
@mdtofiq1987 2 года назад
Gamachuu koo atii naaff jiradhu maallee aduunyaa kaanaraa waan heedu dhaagaya ilimii namaa 😭😭😭😭😭😭
@MusxafaJamal-w4b
@MusxafaJamal-w4b 5 месяцев назад
Galatoomi atti garuu baayyee obssitteef❤❤❤
@AljHh-of5ze
@AljHh-of5ze 5 дней назад
Wowo ❤❤❤
@FenetTamiruFenet
@FenetTamiruFenet 9 месяцев назад
Waaqayyoon dhifamaa isheef haa godhu.
@firomsismeseret
@firomsismeseret 2 года назад
👉💓Maqaan koo Firoomsis jedhama Barreessaa walaloo,diraamaa.asoosamaa fi qoosaa ti.akkasumasillee taatummaa fiilmiitiin nama ogummaa cimaa qabudha ..kennaawwan koo kana baasee oromoof dhiyeessuuf ...sabni koo na wajjin ta'uu qabaata. kanaaf isin qaqqaaliiwwan koo yuutuubii koo sabiskiraayib naaf gochuun yoo na jajjabeessitan.ani akka tulluutti mul'adheen Oromummaa koo akka Gaaraa tti mul'isa.kanaaf sabiskiraayb naaf godhaa...liinkiin isaa kunooti👉🏿👉🏿ru-vid.com/show-UCAhIrit7gMr3W0rfK-DWxcw
@mitkesos1320
@mitkesos1320 Год назад
Abshr
@kokibe2931
@kokibe2931 2 года назад
Yaa raabbii atti nuu bassii Ayizoshi obbollessaa koo laphee kee wanni badaa yadiin hiyyessii jechun namaa fayyaa qabinee jabadhuu gobazi namaa
@Sara-di1fk
@Sara-di1fk Год назад
Rabi sii haa gargaru kanuma cala sii haa gudisu
@LovelyBubbles-fb8gj
@LovelyBubbles-fb8gj 6 месяцев назад
Uuuufff obolesa koo obsi rabbiin hiiree gaarii sii haa basuu insha Allah😭😭😭❤️❤️❤️❤️
@tajiiadam-tt6xg
@tajiiadam-tt6xg Год назад
Jabadhuu ati nama dhugaattii
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Год назад
Abshiir bro koo garan haadha buburedha jedhu mitire akkasuma namni addunya kana irra jiru akkuma bifan adda amalanis gargari kafanu si waqayyo gargara wan jiruf ati hama dhisi garumma kee ittuma fufi hama gaaridhan mo.a jedha sagalen waqayyo jabadhu waqayyo si walin ha ta.u inni seenaa jijjiru 🙏🙏🙏
@lamlamdanyee
@lamlamdanyee 2 года назад
Isheefi waqayoo laphee ishefi haa keenu jedhaa oboleessa keenyaa ati jabadhu daima keti gudisee nama hundana toko miti gara hadha buraburadha jedha miti oroman ijoolee hadha tokotu aka toko hin yadane kanafi kan jireenyaa kee wali egalte wali jiradhu waqayoo jireenya kee ni ebisaa
@ruqiyyaadasiya
@ruqiyyaadasiya Год назад
Bayyee ulfataa garuu atii namaa garidhaa Ammaa garuu jinyaa keessaa jirituu kaan keessaa Bayyee baredaa dhaa ishee si jaalatuufi bakaa lad ladhufii Pilsii my brother koo
@zeedbultuum6580
@zeedbultuum6580 2 года назад
Bagaa rabbii similkeesee yero toko toko nama sintanee dukaa jirachun isaaf barumsa taah cara garii amale sif hawinaa
@laalliaa6371
@laalliaa6371 Год назад
Ummuri dheeradhu atoo dhugaa nama kayyooti ati sifii rabbii jiraa
@madinaa1452
@madinaa1452 2 года назад
Baga raabi si base dhalan akas sif hin tatu raabi jirenyaa kee sif haa milkesu 💔🚶‍♀️
@zamzamzamzam9064
@zamzamzamzam9064 2 года назад
Rabbin kan siif qode siifi haa latu
@ameenadxb8456
@ameenadxb8456 2 года назад
Dhirii.akka.ketii.kunii.jiraa.Rabbii.sif.tursisuu
@araiseyeya3608
@araiseyeya3608 2 года назад
Bagaa waqaayyoo sigargaree dhiraa onee qulquluu❤️❤️❤️❤️❤️
@rahimadebiso3351
@rahimadebiso3351 2 года назад
Subanaalaa yaa rabbii maali dha Kuni hundii xawuwale woyitii subanaalaa
@derejediriba8340
@derejediriba8340 2 года назад
dhiifamaa gaffadhu waqqaaff jedhitti garggarriu
@demitubeklel
@demitubeklel Год назад
An dhufuu gammee🌹🌹
@kennaatube5029
@kennaatube5029 2 года назад
Dai'maa kee gargarii ishef jette mucaa kee hin dagaatiin Isa amma keessa jirtu waaqayyoo gooftan sif haa ebbisuu
@abrahamali7259
@abrahamali7259 2 года назад
Very good 👍 keep it up and many thanks for bringing quite interesting story in oromofa
@سركادمالحام
@سركادمالحام 2 года назад
Sammuu isheetuu sirri miti bagaa dhisitee
@xajjeebaqqalaa3796
@xajjeebaqqalaa3796 2 года назад
Uuufff obboleessa koo obsaa bayy'ee qabdaa ammaa ilee jirenyaa keetii obsaa siif haa kenuu
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 Год назад
Subanallaa ☝
@fenetabdisa9968
@fenetabdisa9968 2 года назад
Garaamii wayii😭😭😭😭😭waaqayyoo ishiif haa dhiisu
@hodacomm1990
@hodacomm1990 2 года назад
uuuufff rabbiin hiiree gaarii sii haa basuu in sha Allaah❤❤❤😭😭😭🙏🏿
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 2 года назад
Safuu waqaayoo ishetii haa araramuu dhugaa 😭😭😭😭😭😭
@mimiwaraqu7483
@mimiwaraqu7483 2 года назад
Bagaa milikofitee boree koo dhirii garinii nitii hin aragatuuu bagaa waqayoo sii garagaree hiyumaa xiridhaa 😢😢😢
@ababooman9494
@ababooman9494 Год назад
Dhugaa baye nama ajaiba dubartin akanas jirti idaa ati obolesa koo waqayyoo sii jalaa kan ama walin jirtu waga kuma jiradha💔
@darartuunagasaa5497
@darartuunagasaa5497 2 года назад
Waaqayoo hojii isee hin kenaaf dhugan haa falmatuu bro
@AljHh-of5ze
@AljHh-of5ze 5 дней назад
❤❤❤❤
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 года назад
Amani Akanalee jiraa yaa Rabbii Atii Nuu basii
@zabootube1769
@zabootube1769 2 года назад
Uuufff gara nama nyaata 😭💔
@AlmQueen1713
@AlmQueen1713 2 года назад
Uuff obolesaa koo obsa bayee qabdaa amalee rabii jirenyaa sif yaa ebisuu 🙏🏿 🙏🏿 🙏🏿 🙏🏿 🙏🏿
@kiyyaatasfaye1520
@kiyyaatasfaye1520 2 года назад
Baga nagaan dhuftee gamee ❤
@mebratdxb2881
@mebratdxb2881 2 года назад
Ayii dhirri gariin dubarti garii hin argatuu dubartin gariin imoo dhirra garii hin argatuu.yaa jirenya Adunya kana burredha.
@FhhggDghhgf
@FhhggDghhgf 9 месяцев назад
Uuuuuuuf hire Gari si ha basu
@yaadashiimararaa2715
@yaadashiimararaa2715 2 года назад
Tokko dhiira gaarii dhabee boo'a tokkommoo dhiira gaarii jibbee itti boona safuu jenna ka wal bira hin fiduwoo😢😢
@oromiyabiyakoo4287
@oromiyabiyakoo4287 2 года назад
Dhuga ketii subballah 😢😢
@sinboone9259
@sinboone9259 2 года назад
Dhugaadha rabbii😢
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 года назад
Wel Come Gammee bagaa Nagayyaan dhuftee
@MasuuKafalaa-lh2xz
@MasuuKafalaa-lh2xz Год назад
😭❤❤
@LencoWandu
@LencoWandu 7 месяцев назад
Wanii issaa yaa ebissuu
@warqiiwarqii4765
@warqiiwarqii4765 Год назад
❤️❤️❤️❤️❤️😭😭😭😭
@mdhamzamdhamza-sz4ix
@mdhamzamdhamza-sz4ix 26 дней назад
Lks kee hin dalagu
@eromiyaeromiya3852
@eromiyaeromiya3852 2 года назад
💔💔
@hogeettijaalalaa4547
@hogeettijaalalaa4547 2 года назад
baga sila isin warri Akkasi gaafa xiqquma ol guddattan dirba hiyyeessa nama hin seetanu kan sooressa isin qorquu filattu isheenis kanuma siif gootekaa
@MammedJamel
@MammedJamel 2 месяца назад
Www❤
@chaliihaile2056
@chaliihaile2056 2 года назад
Well come
@qatoma6882
@qatoma6882 2 года назад
yomiiyyuu,gariin,nama,dhabuu.namatu,garii,dhaba,malee
@ZinaBOAlokmi
@ZinaBOAlokmi Год назад
😢😢😢😢❤❤❤
@MegertuMegersa-t9b
@MegertuMegersa-t9b 5 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@caaltuuoromotube3450
@caaltuuoromotube3450 2 года назад
Gaariidhaa garii tahuu fallaa🤔
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 Год назад
Abshiraa
@workibedada2881
@workibedada2881 2 года назад
Wayyooo baayy'ee gara nama nyaata
@dessefoufa9031
@dessefoufa9031 2 года назад
Welcome gamee kenya
@samerasamera6273
@samerasamera6273 2 года назад
Baay'ee gara nama nyaata abshira 😥
@dinkechemeda4462
@dinkechemeda4462 2 года назад
Hi nagani hudakesani hatahu lole omo lesako udu garidha ama mo kadaribedhisi isagatafuduraketi jabadhu lapeni dhifamaiqabene lapeni dhifama hiqabene kazexanadha kanafu nama fi hoto hitane ofumakejesha dhifama ofigodha gamadijiradhu garu mo samuke hite gamadu hidadesu yo
@godisemagarsa6526
@godisemagarsa6526 6 месяцев назад
Atii qulquluu tanani wanti in dabaree in jiruu oboleesa koo
@unikh9837
@unikh9837 Год назад
Uuuuuuffffff Uuuuuuffffff 😢😢😢😢😢
@mekidmekdi5708
@mekidmekdi5708 2 года назад
Abshir.bro.koo.😭
@anabanana5189
@anabanana5189 2 года назад
Ati basaa hin midhinii midhama dhaa
@ilfinashmulu3335
@ilfinashmulu3335 2 года назад
Well com game
@darartuunagasaa5497
@darartuunagasaa5497 2 года назад
Telegram kesan na dubisiimee gamee pls
@sinboone9259
@sinboone9259 2 года назад
Dhirrii gaarin gara lafessii akkanaas jiraa?🙈jireenyi kee haa ebbifamu isheefis waaqayyoo dhifama isheef haa godhu😭 Gammee ulfaadhuu
@samsom6201
@samsom6201 2 года назад
Daa'imaa kee gargari
@caltuuarsiiyoutube5241
@caltuuarsiiyoutube5241 2 года назад
Ofumaa mitee maalee si miti uuuufff yaa namaa tokkoo akkatii nyatuu waalalaa
@ዋሎየዋነኝከዉቦች
@ዋሎየዋነኝከዉቦች 2 года назад
Min timesalalachuu be be fexari Sim dubarti jecaa Ola dirti safu
@sirbootagaragara
@sirbootagaragara Год назад
wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww
@shaasheeshagee408
@shaasheeshagee408 2 года назад
Ebanee Jedhe worii Arsi Tuni Anumma Yaa Saba,🥲♥️
@fatmaabdalla6625
@fatmaabdalla6625 2 года назад
Kkkkkkkkk
@saranebso1446
@saranebso1446 2 года назад
Hhhhhhh
@jamelajamela9003
@jamelajamela9003 2 года назад
Bagaa qutoo irraa kaftee oboolleesaa kiyyaa Siif hiin tatuu kunnii silluumaa
@obseebeenyaa
@obseebeenyaa 2 года назад
😍🥰🥰
@hogeettijaalalaa4547
@hogeettijaalalaa4547 2 года назад
shammarran adaba qabdu gadi jette nama woliin jiraattu ilmoo hiyyeessa isii maatiin guddise isiimmo isiin ijaan Arguu hin feetanu
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 2 года назад
Safuu😂😂😂
@qatoma6882
@qatoma6882 2 года назад
mee,tele,giramii,senika,gammee.
@ebbiseoromo3626
@ebbiseoromo3626 2 года назад
Ati laphee kee qulqulluu godhadhu male waaqayyoo jirenya kee ni ebbisa ishee mana jirtu San kununfadhu dubartoonni hundii gadhe miti
@Birkisa
@Birkisa Месяц назад
Ilmoo kee ofiitti fudhu gudifadhu
@seenaaamboo9783
@seenaaamboo9783 2 года назад
.baga.naga.dhufte.gamee.kan.darbee.barumsa.hamma.jireenya.kee.hamanumman.jiradhuu.qormani.wanuma.jiruu.mee.yoo.dandeesse.da.imakee.gargaruu.yaalii.obboolleessakoo.tuni.ofti.qostee.safuu.gana.yoo.jiranee.wan bayyee dhageenya.yaa.waqayyoo..baga.milkofteesse.brokoo.ati.ishee.midhiini.malee.kan.hojishi.argatee.jirtii.namni.wanuma.facafatee..hamaata.
@Oromtitti5581
@Oromtitti5581 2 года назад
Ati hirriba cimaa keessa dammaqxe ajaa'iba malumaafu sababa isheen nama biraa hin shakkin
@MegertuMegersa-t9b
@MegertuMegersa-t9b 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@Saamirahussen
@Saamirahussen 7 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢😢😢
@Toleshi-p2o
@Toleshi-p2o 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
Далее
Lammata Naaf Hin Bilbiliin
19:43
Просмотров 21 тыс.
Sooressa Silaas Maaltu Jibba
12:35
Просмотров 12 тыс.
Bareedduu Fuudheen Barerdinan Dhabe
11:08
Просмотров 7 тыс.
Dubartii Mana Kiyya Bulchite
15:53
Просмотров 18 тыс.
Seenaa Koloneel Maammoo Muzamir
12:20
Просмотров 160
Lilmookee Dura of Keessaa Baasi
17:19
Просмотров 27 тыс.
Ani Himnaan Diddee Ofii Argite Gabbite
16:08
Просмотров 19 тыс.
Baati Tokkof Qofa Itti Fayyadame
11:55
Просмотров 18 тыс.
Dubartii fi Abidda Ofitti Qabsiifnaan Rakkoodha
18:03
Oolmashee Dagachuun Dadhabe
10:04
Просмотров 18 тыс.
Waadaa Ganeen Cubbuu Nyaadhe
12:31
Просмотров 19 тыс.