Тёмный

Maaliif Akka Na Dhiiste Beekeera 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 32 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 198   
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 3 года назад
Mucaa kee hin Kennin Ishees hin Dhagaa'in. Hiyyumaan Zari mitti Hojeetan Jennan Namaf hin Darbaa. isheen Garuu hin Darbu seete Si Gattee demte😎😢
@ramadantubechannel2661
@ramadantubechannel2661 3 года назад
kotaa maatii naaf taa'a oromia koo
@yfuhbdy3836
@yfuhbdy3836 3 года назад
@@ramadantubechannel2661 0
@beletudebele5964
@beletudebele5964 2 года назад
Mucakee ikenini duramaitee jabadhuu gudisi
@MohamadMohmamad-n9i
@MohamadMohmamad-n9i 7 месяцев назад
Hin kenin jabadhu gudisi waqaa kee walin
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 3 года назад
Waayii raajiidha I namni quufa hin danada'uu! Bor ilmoo kee ittii hinkennin..mucaa kuni yoo Har'aa haala fi nagaadha guudatee boruu ishee boqochiisuu danda'aa.ishiin immo haala Ammaa keessa jirtuu kana ilmoo guudiisuu mitii kana ishuuf sodachisaa ! Yoo siif danda'amee kana darbee dhisiitee sammuutii debitee Akkaa jiraatuu gorsii jedhaa kuni yaada kootii !!
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Maloo sanyi koo mati naa ta.i
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Sanyi koo mati naf ta.i
@jmo5441
@jmo5441 3 года назад
Ofii eshiif gaatee demtee waan ta, ef hin kenni ilmoo kee uuuuuuuffffff yaa quufaa namaa jalaalli yoo jirraaate qabenyi ni dhufaa gaaruu jalaalli hin jiruu taa, e yoo qaabenyii jiraate faayidaa hin qabuu atii jabadhuu waaqqaayyo irraa hin argaata koodee koo
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
@@jmo5441 malo mati naf ta.i sanyi koo
@AlhilaAlhila-w7b
@AlhilaAlhila-w7b 3 месяца назад
Dhuga mirgaa qaba yomiyuu
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Da'immaa kee hin keennin yoo matii ishees ta'ee hin keenin serii ykn yoo da'immatii sun guddaatee haa murteefatu tuni da'immaas amaalumaa isheef irraa baraatii garuu da'immaa tee akaa sii jaala hin midhamaanee godhii gudifaadhu tarii hatii hormaa sun akaa hin minee irraa hin fagaatiin😪😭
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Maloo maatii naaf ta'aa Oromoo koo 😪🙏
@seenafidhisi8704
@seenafidhisi8704 3 года назад
Mati yi taa bayee naa martee
@ramadantubechannel2661
@ramadantubechannel2661 3 года назад
Siif taa' jira atis mati naaf taa'iii hundii keessaanuu kotaa mati naaf taa'a
@oromiyaantiyya5214
@oromiyaantiyya5214 3 года назад
Daa'imakee hin laatin😥garu gayyan yeroo abban deemu ni miitti hordofi gudifaadhun jedha
@lovemamiko7326
@lovemamiko7326 3 года назад
Dubarti ni gowamsaati qabeenyaaf mitti kalleessaaa hiyyuuma ke wali si jaallatee hara llee hiyyuuma wali si jaallaatii garuu takkatu sobe itti fakkeessee jaalalaa keessaaan sumi faacasee natu si cala jeedhee itti fakkeessee boodee gaf qufe gate kanafuu akka obbolleeti gorsii da.iima mo itti keenini garuu da.ima kee hadha budeen irraati gatin nyaataa isa fi dhugati isa tohaadhuu wa huddaa da.imaa isa ama argate calaa isa jabbeessii innii hadhi bira jirtuu midhamu dadaha wa taheeef
@madinaa1452
@madinaa1452 3 года назад
Da,imaa kee hin kenin yomiyu tanan garuu ishee gorsiini rako baa,yee si wojin waan dabrsitef 🙏🙏🙏🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️❤
@iftuiftu-jk9gx
@iftuiftu-jk9gx 7 месяцев назад
Rabbii sii haa lafisuu ishaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤
@muniramuhamad-iq6yd
@muniramuhamad-iq6yd 11 месяцев назад
Ilmoo kee atumtii gudifadhuu rabbii sii hagargaruu😢😢
@rrrrtube400
@rrrrtube400 3 года назад
Akkasumaaa rabbiin wal bira hin fidu bakka dhirri gaarii ta'uti shamarantuu garaa jabaata , bakka shamaraan garaa lafanittimoo dhiraatu gara jabaata . Ati nama gaarii rabbiin si kiiseeraa ishee lamafatiin .mucaa keemoo itti hin keeniin
@molodear1196
@molodear1196 Год назад
Maloo sii jetee kanaa hundaa tatee wan ta'eef hundumaa dhiisiitii mucayoo kanaa akkaa ishee haradaa irraa bilisaa taatu akkaa namuumaa ishee kaleessaatii debituu tasisii sababiin isheen haradaan qabaamtee dhiphiinaa garaagara irraa wan ta'eef 😢😢😢😢😢😢😢 maloo obolesaa koo matii ishee akkaa argitu tasiisii 😢😢😢😢
@hiyotadene8684
@hiyotadene8684 2 года назад
Waaqayyo kan garaa keesiif haa kennu
@abdioro1660
@abdioro1660 11 месяцев назад
Ilmii Kee sumaa birraati haa gudaatuu seenaa garaa namaa nyaatuu 😢😢😢😢
@hawagali8140
@hawagali8140 3 года назад
rabin jirenyaa kee sif haa tolchu 😍garuu dai'maa kee yomiyuu iti kenini amallaa hin qabduu ishen iti latin obolesaa koo rakinaf si jibitee dimaa ishee siti dhiftee badee iti latin
@hanatesfguta9758
@hanatesfguta9758 2 года назад
Wow Wow Wow Wow dhumiinasa bayee baredaa
@freejaweeko9216
@freejaweeko9216 3 года назад
Oh senna bayy'ee gaara nama nyaata hin kenini Mucaa kee Rabbii si ha guddissuu
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 года назад
Mucayyoon tuni duraan dhagaadhaan sii jaalachaa turtee matii ishitiis siif jechaa dhistee duras hiyyummaa kee wajiini sii jaalatee nammi guyyaa tokko ni dogoggoraa amma dogongorte jirtii dhifama godhiif yoo dandesee Rakkina ishiin keessa jirtuu kanaa keessa Basii sosii kana keessa Akka Batuu Gorsii 😭😭😭😭😭😭
@robidasayida5014
@robidasayida5014 6 месяцев назад
Sennaa kee ergaa hedduu qabaa galatomi garuu mucaa keennif malif yoo jetee dubartiidha dogogorte irraa tariif daiimmaa kee moo akkumaa ati jalatuu isiileen jalatii isiin warraale dhabade sile dhabadee mucaa kee keennif yaa umaata comanti rabbii sodadhaa dhugaa jalalaa hatii ilmoo qabduu yoo beytaan hin keenni jetaan hin dogogorsiin ani daiimmaa qabaa lubbuu tiyyaa olii jaladhaa garuu Abbaan manaa koo wan xiqqaa narraati hojjaane daiimmaa waliin naa gatee rakkoo xiqqaa keessaa taree ammaa alahamidulilah keessaa bahee sennaa koo bifaa diramaatiin qophesuu barbadaa ammaa abbaan manaa koo daimmaa tiyyaa guyyaa guyyaa arguuf soqaa wan narraati dalagee dagatee ani akkaanumaatu daiimmaa tiyyaa iti argisuu didee bekkuu maliif jennaa abbaadha naan wal loluus garuu ani isaa barbaduu hojaadhee argadhee hiyumaan maxaane miti obolesaa koo
@workineshgomen6886
@workineshgomen6886 3 года назад
Da'iima kee hin kenin akka ishee duriit akka deebitee jireenyaa ishee jalqabduu gorsii obolesaa koo sii baga waqqayyoo sii gammachisee
@TimiraAbdela
@TimiraAbdela 6 месяцев назад
Rabbin jirenaa kee sif haa tolchu
@allahamdulillaha9890
@allahamdulillaha9890 Месяц назад
Game anille yada ko barresera bor naf debisi 🥰🥰🥰
@ahmedkemal5863
@ahmedkemal5863 2 года назад
Kamal and
@sabontuushawa5999
@sabontuushawa5999 3 года назад
Anaa lakomasaa kanaa sefii godhee garuu telgirame naa basuu didee
@masiijesusyoutube7411
@masiijesusyoutube7411 3 года назад
Mucaa kee hin kenin jabaadhu guddifadhuu
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
Isheen da,imakee siraa futee namaf lachuf jetetii maale gudiisuf mitii itii hin keeninii yomiyuu jaabiisii egii si jaala hatuu dandesii
@specialcelltolashii2882
@specialcelltolashii2882 Год назад
Rabbi si yaa gargaru
@roozaaraggasaa9736
@roozaaraggasaa9736 3 года назад
Hin keenini mucaa kee
@asyiadhufe4641
@asyiadhufe4641 3 года назад
Da'ima kee itti in keenin
@naimaabubakar5554
@naimaabubakar5554 3 года назад
mucaaa kefiii kan duraa wajin dabarsitaaa sanaa lali
@semirashemsu8461
@semirashemsu8461 3 года назад
Welcome Gammee baga naga dhufte mucaa ke akka itti hin kenine sila malif dhiste demte amamo malif barbadi
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 2 года назад
Uuuuuuufffffffff yaa rabii maloo iyumafii mittii caradhumatuu siin kenee malee dabarsee
@almazuae1469
@almazuae1469 2 года назад
Bro koo hin kennin daimaa kee 🥰🥰
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Ayyii dubaartii dhissii ishee waaliin waalittii hin debiyyii argumaa ishee abboo bagaa ishee ariyyee abboo hadhaa manaa kee waaliin nagaan jiraadhu
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
Safuu yaa addunyaa tanaa irraati wantumtii hin dalagamin hin jiruu uuuufff🖕😭 yaa obbleessaa koo kaleessaa si yaa dhistee daa'imaa ishee maalif dhistee? Akkumaa isheen dhistee deemte sanaa atis osoo daa'imaa sanaa dantaadha jetee osoo dhistee deemte har'aa essaa si gaafati? Ani akkaa kiyyaa itti hin keenin 😠 qufatuu mana ishee basee argaa ishee🤦‍♂️
@saraSara-z4l7b
@saraSara-z4l7b Год назад
uuuuuuuuffffff 😭😭😭❤️💚😭
@Yaarabbisabirinafikeni123
@Yaarabbisabirinafikeni123 2 месяца назад
Da'imaa kee hin kenin duraa arguu dadhabidee da'imaa kanaa duraa maltuu ijaa ishee qabee kanfii da'imaa kee hin kenini
@yaaddootube317
@yaaddootube317 3 года назад
Bagaa nagaan dhuftee gammachuu
@ummufiras4915
@ummufiras4915 3 года назад
Matii naf tahii
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 2 года назад
Hin keenii da.amaa 😭😭😭😭
@hayatsanyiijawwaar271
@hayatsanyiijawwaar271 3 года назад
Dubartiin abbaan sooreessa bultiif hin taatu duruu
@KeenaaQueen-hz6rr
@KeenaaQueen-hz6rr Год назад
❤❤❤❤
@safiyaahaydeer6394
@safiyaahaydeer6394 3 года назад
😰😰😰😰seenaa gara nama nyatuu wlhi😓😓😓😓muca kee akka hin lanefii atumtii gudifadhuu rabbin sihaa gargaruu
@hawwiiioro811
@hawwiiioro811 3 года назад
Gamachuu noorii 🙌
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Hawwii malo mati naa ta.i
@hawwiiioro811
@hawwiiioro811 3 года назад
@@BOONEESHOW tolee 🙋
@leyilaaaliyyii4124
@leyilaaaliyyii4124 3 года назад
Mucaa kee itti kenini garu atis daimaa kee seraan egadhuu dubartii lamataa birtis hundaa amanini
@BidmsiBasii
@BidmsiBasii 7 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢
@لاإلهإلاالله-ر4ظ8ح
Warri ishis dura si dorsisaa turan erga haatti dese dhamatu tate kanaaf da'ima rabbin siif kenne nama tokkotu hin kennin ufuma keeti gudifadha rabbin si ha gargaru
@moaadhayesuus6210
@moaadhayesuus6210 3 года назад
Mucaa kee hin kenni
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 года назад
Baga Nagan Dhufte Gamme Kenya Jabadhu lk😍
@ummufiras4915
@ummufiras4915 3 года назад
Matii naf tahii please
@nassrahawi818
@nassrahawi818 Год назад
Dayimakee hinkeniini😢😢
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@hawwiitarreessaa6363
@hawwiitarreessaa6363 3 года назад
Mucaa kee hin kenin didii jirenyaa mucatuu badaa yadaa lamaan siif qabaa tokkoo akka garaa baruumsaa manaa amantaa demtee baratuu akka kadhatamuu fi hidhaan dukana kun akka iraa cabuu haa kadhatamuuf sanaa bodaa garaa biyyaa alaa demii yoo tasgaboftee ojatee mucaa kee sin kenyaa jedhiin garuu yadaan ittii siqii iraa hin fagatiin sif jetee biyyaa ba'uu shi warashii qananitii ishii gudisaan dhisuun shii sif turee bultee sitii jijiramtee malee kanaaf gargarii aradaa san keessaa basii
@Asni-lx8kg
@Asni-lx8kg 2 месяца назад
😭😭dhima ke gudifadu iti keni
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад
Welcome Gammee
@sarawallagga2232
@sarawallagga2232 3 года назад
Senaa kee hedduu nama,gadisisaa garuu hangaa dandeseti da,immaa kee ofuma birratii qabadhuu dubartiin ardaa adda addaan qabamtee da,immaa miti biyyaaf illee midhaa guddaa malee bu,a hin qabuu da,immaa kee waan hundaa caalaa akka isheen argituu tasisi garan hadhaa hedduu midhaamati garuu da,immaa kee rakkatee guddifachun dirqaam kedhaa dubartiin kun gowmsamtee mana ishee digdus garuu amma midhamteti Yoo dandese torbani ta,ee ji,a guyyas ta,ee da,immaa ishee akka ijaan argituu tasisi garuu isheef latee boodaa umurii kee guutuu shenoftatii
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Rabbiin wani isin Sirtii Rawatee Maraa Haa Debisufii Atii Daimaa kee ittii in keenin
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Michu dhuga mati koo ta.i
@قاقتلا
@قاقتلا 2 месяца назад
Hin keeninif muucaa keee
@masarabifto2579
@masarabifto2579 Год назад
Micaa.kee.hini.keninii😢😢😢
@mezaanuguse1126
@mezaanuguse1126 Год назад
😢😢😢😢
@hhjjj7536
@hhjjj7536 3 года назад
Well come
@maqdiyeewtmarayama3449
@maqdiyeewtmarayama3449 2 года назад
Hin keninii daimaa kee
@siifangirma4098
@siifangirma4098 3 года назад
are uuuuuwiiiiiiyiiiii bayee natii dhagamee anatuu😥😥😥
@urjiioromoo627
@urjiioromoo627 3 года назад
Argashii itti hin keniin bro
@kamsishaaoro1896
@kamsishaaoro1896 3 года назад
Hardha isin durse kaa kaddaamoche 🥰🥰🥰🥰
@karimafamily1746
@karimafamily1746 3 года назад
Kamsishaa maatii naaf ta'i sanyii koo
@abdioro1660
@abdioro1660 11 месяцев назад
Attileen seenaa kee😊 karaa Kanaan nuu dhagesisiimee
@hayyatijimmaaagaroosanyimo2081
@hayyatijimmaaagaroosanyimo2081 3 года назад
Uuuuuuufffffiiiii mucca ke hi kenini sila malifi dhifate demate Ama malifi si kadhatii
@naftanaanatianissiftaa5554
@naftanaanatianissiftaa5554 3 года назад
Itti hin keniin muucaa kee ishen bakke kessa ha gaantu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Naf mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💞
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Naf koo mati naf ta.ime
@yaaddootube317
@yaaddootube317 3 года назад
Yoomiyyuu mucaa kee hin keeniin guddisuu hin daandeesuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Yaaddoo mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞🙏
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Yado koo mati naf ta.i
@zueyrooto9671
@zueyrooto9671 3 года назад
Jirenyaa kee jeqxii ammas nagaan jiradhuu jedhiin malee mucaa kee hin kenin
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Mati koo ta.i
@MadiSiraj-id7fl
@MadiSiraj-id7fl 2 месяца назад
Akaamin sin dubisaa gameekoo
@soreettiwarrailluu7022
@soreettiwarrailluu7022 3 года назад
Hiyyumman xuridha hin darba isin garuu jalaa dagatte hin kenin mucake jabashu ofumaf guddifadhu🙏jalalli ijjollumma akkamitti dagatama😥
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Maloo mati naa ta.i
@DesalegnTemesgen-d6x
@DesalegnTemesgen-d6x Месяц назад
Itti laatiin kana bodda gatii hin wabduu skka namati
@debiobsi7145
@debiobsi7145 2 года назад
Hin kennin da'amma kee
@addoyye
@addoyye 3 года назад
Welcome Gammee 🥰🥰
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Oromoo tiyyaa mati koo ta.i
@addoyye
@addoyye 3 года назад
@@BOONEESHOW tole atis ka lubbu
@msmaryam8443
@msmaryam8443 3 года назад
Wel come gamme
@ummufiras4915
@ummufiras4915 3 года назад
Matii naf tahii please
@wsaseesa2314
@wsaseesa2314 3 года назад
Game koo nooriii
@urjiisanyiihaceehundesa7903
@urjiisanyiihaceehundesa7903 3 года назад
Anii akkaa yaddaa kiyyaatii ittii in kennin kalesaa mal gotee sii gatee demtee har'aa ilmoo koo jetii ittii in kenin
@galanetujuba2472
@galanetujuba2472 3 года назад
guudifadhu itii hin2 kenin
@muntahafiqer6055
@muntahafiqer6055 Год назад
damima,ke,hin,keni,ati,kayo,ke,ittifufi malerabin sii garigaruu
@hanatesfguta9758
@hanatesfguta9758 2 года назад
Muucaakee itii ikeeniinii guudiifadhuu
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 3 года назад
Wel cema Gamee keenyaa 😍😍😍
@ummufiras4915
@ummufiras4915 3 года назад
Matii naf tahii
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@ummufiras4915 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@ummufiras4915
@ummufiras4915 3 года назад
@@monetijalala6104 atis naf tahii sif tae jira
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Bagaa nagaan dhuftee ani asumaan egaa olaa
@ummufiras4915
@ummufiras4915 3 года назад
Matii naf tahii habibiti
@unikh9837
@unikh9837 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😥
@wsaseesa2314
@wsaseesa2314 3 года назад
Sagalen keee bayyee das nama jedha
@gtgt6924
@gtgt6924 Год назад
Daimaa kee hinkeninii
@oromiyaakoosalmi6576
@oromiyaakoosalmi6576 3 года назад
Duraa maalifi jibitee dhalaa shee hin keniini yoo sii sii jibbiteeyu dhalaa shee jibuu hin qabdu turee
@khanalain3733
@khanalain3733 3 года назад
Hi kenini.gudifadhu
@ayinebogale5679
@ayinebogale5679 3 года назад
Muca itti hin kenin ykn arada dhistuu malee
@aminaabdii1623
@aminaabdii1623 3 года назад
Ilmaa Kee hin Kenini
@sdsd338
@sdsd338 3 года назад
Da'imaa kee hin kenniin obolessaa kiyyaa duralee isituu dogogoree ati homaa isii hin minnee
@hamaryassiin1522
@hamaryassiin1522 3 года назад
Baye nama gadisisa
@hayuu9504
@hayuu9504 2 года назад
muchaa kee Akkaa hin keeninef Atuman gudifadhuu
@Tadlesh-uk7vl
@Tadlesh-uk7vl 3 месяца назад
Mucaa kee hin kenii
@rahimaturirahimaturii625
@rahimaturirahimaturii625 3 года назад
Daimaa kee hin keeninii
@hanatesfguta9758
@hanatesfguta9758 2 года назад
Mucaake itii ikeeniinii
@boonaatube1587
@boonaatube1587 3 года назад
Bro Ani yanii sif qabu ilmo ke gonkuma iti hin keenin
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Bona mati naf ta.i malo
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Bona mati naf ta.i malo
@shubibiliso8799
@shubibiliso8799 2 года назад
Hin kenin mafi yoo jetee ilmi abani wamama wan tefi
@almaz2227
@almaz2227 3 года назад
Mucaa kee hin keeninee cubbu sirti hojjatee mucaa waqatuu godiisaa
@odaatube2647
@odaatube2647 3 года назад
Mee qaliwan ko mati naf tahaa anis isinifin taha namni naf tatan kotis naf tahii nan jedha galatoma
@Asna-it2jm
@Asna-it2jm 3 месяца назад
Hin kenin da imaa Kee sif rabbitu juraa
@oromiaoromo6356
@oromiaoromo6356 Год назад
Hin kenini daaima
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
😭😭😭😭😭😭
@bashashaamucawalloosanyiij413
@bashashaamucawalloosanyiij413 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭⁦❤️⁩⁦❤️⁩
Далее
Waantan Argee Si Fuudhe Beekta?
15:37
Просмотров 21 тыс.
Qodaa Balleesuu Malee Didde|Baay'ee Na Rakkiste
18:45
Lammata Naaf Hin Bilbiliin
19:43
Просмотров 21 тыс.
Lilmookee Dura of Keessaa Baasi
17:19
Просмотров 27 тыс.
Seenaa Nama Baay'een Dinqisiifadha
16:55
Просмотров 17 тыс.
Arrabni Dubbii Bare Bulluqa Alanfata
22:17
Просмотров 33 тыс.
Sammuu Kiyya Maraachuu Geesse
15:19
Просмотров 19 тыс.
Waadaakee Koottu Anarraa Hiikkadhu
16:13
Просмотров 35 тыс.
Dhiisaa Eessayyuu Hin Deemtu
20:26
Просмотров 47 тыс.
😭Qaaraa Harkaan Dhaabantu Deebise Nama Guba🤔
15:28
Dukkana Keessatti Anaan Dhiiste
15:12
Просмотров 21 тыс.
COMRADE NTANYIWA PA LIMPOPO FM - NKHANGA ZAONA
30:42