Тёмный

Arrabni Dubbii Bare Bulluqa Alanfata 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 34 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 271   
@Mry3434-mq1oo
@Mry3434-mq1oo Месяц назад
kuunii gafii hin qabuu isaa amaa wajiin hasaa jirtuu seenakoo ayizoshii waqsyooni siyaa milkesuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@zedoshewasalale5426
@zedoshewasalale5426 3 года назад
Adaraa isuma 2ffaa kana Waliin itti Fufi .yoo hayyama waaqaa Ta'e ni milkaa'a .Si haa milkeessu 🙏 Ani Jaalala Online dhan dhufetti hin Amanu .kun ilaalcha kooti .
@botuuoromo7389
@botuuoromo7389 3 года назад
Isaa lamfaa 2 wojii jiradhuuu😭❤obleetiikoo
@miskallelove6867
@miskallelove6867 2 года назад
Jabduu wa.ii isumaa lamata of eganodhan itti fufii waqa si haa milkesuu
@jessyzawdeh4820
@jessyzawdeh4820 3 года назад
Isaa lammafa siy wayyaa kan dura gongumaa dagadhuu kun fayyidaa baree jalala hin beekku sanu obbollota kee shammaran midhaa jiraa safuu yaa baraa😭
@Mry3434-mq1oo
@Mry3434-mq1oo Месяц назад
Gamee galtomiii❤❤❤❤❤❤❤❤ senaa atimoo kanii amaa wajin hasaa jirtuu wajiinii waqayyoon ❤❤❤❤ sii haa dhugomsuu ayizoshii oboletik koo
@EmabetBerhanu
@EmabetBerhanu 3 месяца назад
Kuni filano hin barbadu shakii tokko male isa lamaffa wajjin tahii. waan fedhe haa tahu yeroo yada fi yaddo keessa jirtu isaa sii wajjin tahe filadhuuuuu❤❤❤❤
@Singitan-m6c
@Singitan-m6c 8 часов назад
isaa 2ffaaa fanaan jiradhuu
@robidasayida5014
@robidasayida5014 7 месяцев назад
Kaa duraa malaqaa fii malee jalalaa dhugaa sii qabuu kaa lamaaf walii jirenyaa kee itti fufii rabbii walii isiin haa qoduu
@oroomtittisabaa9757
@oroomtittisabaa9757 Год назад
Isaa lamafaa jalaadhuu isaa sana senadas hojisaas argaa jirtaa mitti
@Cell123-tp1nl
@Cell123-tp1nl 3 месяца назад
Isaalamafaa fana bahii hadho koooo jabadhuu
@siifaan3349
@siifaan3349 3 года назад
Isaa lammaffa jabeefadhuu Giftii kiyyaa Waaq siin yaa milkeesssuuu🥰🥰🥰
@AniAnicho
@AniAnicho 6 месяцев назад
Ani akka yada kooti namani fb Tiktok fi kane kan fakatani gafii jalala gafachu isanii baayyee na gamachisu batus lammaf siif wayya gaaruu gutuma gututi ofii hin keni waati umamu hin bekamu in midhamat Dammoo kan rabbii siif qobese ketuma
@mokakk754
@mokakk754 Год назад
isaa lammafaa sii wayyaa kan duraa gongumaa jirenyaa boruuf siif hin ta,uu
@AaAa-yv5yz
@AaAa-yv5yz 2 года назад
Kuni gaafii gaafatamuu qabneedha isuma lammaffaa kana waliin rahi hadaraa rabbii
@uae4316
@uae4316 3 года назад
Isa lamata wajin jirachuf murtessi lubuye inni dura sii fedhe osso hin tane biirr jedhetii ingowwanim yaa sagnii too 🥺🥺😭😭
@madinaa1452
@madinaa1452 3 года назад
Oboleti tiyaa isaa amaa walin jiradhu isaa dursa dhisi dhamsi koo kana 🙏🙏🙏💯💯
@fathimakp4251
@fathimakp4251 3 года назад
Oboletii koo isaaa ama wojiin jirtu wojiin jiradhu inni duraa siif hin tahuu
@ayantujunedi7285
@ayantujunedi7285 3 года назад
Hi Senaa dhifama naf godhii garuu yaadan siif qaba ana kaniin je,u jalali yeroo amma waa hin jiruu akka si jalaatu wajjin jiraadhu kan malaqa jaalatu dhiisi Senaa ani seenaa keeti ra fokkisaatin qaba kanin jiraadhu biyya Canadati garuu nama tokkotu jiruu tiyya na harkaa baleeyse ati hiree qabda galtee kan feetu laltee herumta ani garuu achii biyya kaasen biyya Canada isa fide akka dhiirati hojadhe hujiin biyya tanaa heddu hulfaata garuu eega as dhufe anaf dhimma hin qabu as malee mee yaa seena dura dhaphu of dhageyfadhuuti murteysi ini duraa gonkuma jarsa siif hin tahu of tasgabesi isaraa wan gaari hin himatu wan hamaa malee wan san tahef dhiira kabajuu wajjin kan duraa sun hanga malaqa ati qabdu qofa sin wajjin jiraata ira muradhu onee tee jala hin deemin didi jalaa dhifama yoon sitti heddumdyse
@abebumideksa380
@abebumideksa380 Год назад
Naaf jiraadhu koodetoo
@ebiseebise-q9f
@ebiseebise-q9f 14 дней назад
Maal kun waan ifa jirudha isa lamata wajjin itti fufi waaqayyon sa milkessu ❤
@roobeegarbaabaa7076
@roobeegarbaabaa7076 2 года назад
Senuu ko isa amati fufii waqayooo sa gargaru Bareduu kooo😘😘😘😘😘😘
@chuchesiyoum4900
@chuchesiyoum4900 3 года назад
Gammee anilleen seenaa wayii qaba garuu danda'ee hin barreessu imimmaaniifu pls sagaleedhan sii erguun ni danda'amaa 😭
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 года назад
Eeee hin dandamaa itti ergee
@madinayoutube5517
@madinayoutube5517 3 года назад
Waan darbeen of hin jeeqin isa boriif jiraadhu
@fadilajabal5120
@fadilajabal5120 3 года назад
Isa laffaa waliin jiradhuu obboletiikoo❤️❤️❤️❤️❤️👍🏻👍🏻
@jumerimusa
@jumerimusa 9 месяцев назад
Yaa siboo tiyya ISAA lamafaa sini walin jiradhuu❤❤❤❤❤dhisii isaaduraa saan
@senaadumesaa3633
@senaadumesaa3633 3 года назад
Jaalalli baraa kanaa qarshi malee jaalalli dhugaa hin jiruu oboletii ko isaa lamaffaa sif wayaa kanii duraa qarshi kee malee jalalaa hin qabuu😍😍
@SamsungGalaxy-sh9qp
@SamsungGalaxy-sh9qp 3 года назад
Kan birrii barabaduu guyyaa birriin dhumtee akka siqaluu hin walalinii kan lamafaa
@marimagudato5952
@marimagudato5952 8 месяцев назад
The second one is I think good person for your future good luck ❤
@user-jl7ko6xo5z
@user-jl7ko6xo5z 9 месяцев назад
Kan lamafa wojiin jiradhu inni dura dina keti male jalale mitti 😢❤❤
@NtvNtvhawii-sh6py
@NtvNtvhawii-sh6py 7 месяцев назад
Isumaa 2faa kesumesii lubuukoo❤❤
@ababetubeethopia4522
@ababetubeethopia4522 3 года назад
Isaa lamaffaa wajinini jiradhuu hadhoo ko inii duraa xiqimi siraa barbadeti male sifani jirenyaa garii dabarsufi mitii👌
@hawiiabdii4446
@hawiiabdii4446 3 года назад
Sennan Arraa kuni bayee naa kofalchiste ijole 🤣🤣 bajjaji Lafftobi bilbila qarshi bakki sii se,ee mo bala lafaa arrta sii se,ee 🤭🤭anni kara koti oboleti kan sii gorrsu irrya kee issa 2 kan waln jirenya kee itti fufii kana dhisi ok 🙏🙏🥰🥰
@MemeMeme-d1m
@MemeMeme-d1m 7 месяцев назад
Isuma lamafa San wayyaa isa waliin jiradhu rabii kan walii isin haa godhuu oboletii tiyaa walii ...❤❤❤😢
@singitanoromiyaa5087
@singitanoromiyaa5087 3 года назад
Kkkkkkkk 🤣😂🤣😂😂😂🤣🤣 kuni ajayibaa silaa birri qofaa fedhaa bajajii Tv bilbilaa jedhaa haati manaafi abbaan manatuu Wal amanuu dhadhabee of egadhu hadhoo koo
@zamzamqawet5868
@zamzamqawet5868 3 года назад
Dhugaa kettii
@monazobra3389
@monazobra3389 2 года назад
Isaa laamataa wolin taa,iii❤❤
@radya4009
@radya4009 Год назад
Kanuma ama kana qabadhuu ❤❤❤
@kadijaabdii7130
@kadijaabdii7130 2 года назад
Wani jabatee rabbii nu haa lafisuu
@xayibarabiira8804
@xayibarabiira8804 3 года назад
isaa lamaaffaa siif wayyaa kan duraa hatuu dhaa dhigaa dubaarti nyaatee buluu baratee Rabbii mindaa isaa haa kafaluufi atii wantaa carraa keeti hin dhabduu inii garuu Rabbii birraatilee xiqqatee
@masiibmareeno616
@masiibmareeno616 3 года назад
Wel came gammee 😍 Obboleewwan shammaran dhiira fb irraa hin jaalatani dhiira lafa jirraa kan dhugaan sii jaalattu kan filaatte jaalattu . Qoyi fb akkamirraatti jaalali nama qaba hin beeknu qaaman dubbisa isaa male🤔 Nama qaama beekta jaaladha jaalala jechuu isaa Yaada naa qooda uummata qashtii🥰🥰🥰 Kan fb qarshii jaalata lafa immoo namummaa kee jaalatta❤🧐🙄
@amonalanzi4051
@amonalanzi4051 3 года назад
Masii dhugaa jetee galatomii😍😍
@masiibmareeno616
@masiibmareeno616 3 года назад
@@amonalanzi4051 waan hubaataf atis galatoomi 😍
@amonalanzi4051
@amonalanzi4051 3 года назад
❤️❤️❤️💔
@hanaginchi6105
@hanaginchi6105 3 года назад
Bagaa nagaan dhufte gammee koo
@sifanisiifanii2922
@sifanisiifanii2922 3 года назад
Abadan abadan kan jalqaba sun siif hin ta.u .isa 2ffa imo itti hin jijiramani asofsisi gafa gara biya galte qaman argarte murto dhuma argata .kanaf kan jalqaba one qr qaba male one jalala hin qabu .kanaf isa 2ffaa kana yalii jedha ani
@DeratuLeta
@DeratuLeta Год назад
Senaakoo nagaan sif Bay,aatu rabbii kan sif qoodee hin dhabduu waqaayoon kadhadhuu gailaakeef
@FroFro-e1w
@FroFro-e1w 10 месяцев назад
Issa lamafa
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 3 года назад
Akkaa sennani kuun naa kofalchiisee hin jirruu dhirrii zabbana kanaa qarrshii maal jalala daggatee Nama sii ta.uu mataa keetituu murrtessaa of eggaadhuu garruu
@fayizailiyasomntube6977
@fayizailiyasomntube6977 3 года назад
Ati duraas xinnoo dogoggoraa qabda oso wayee isaa argiitu sitti himaani innis sitti dubbatu jalaale kooti jete hin dubbatini diinaakootii jedhii Isaa 2ffaas imaa qasii maalee hin amaaniin yero biyyaa galtus lachifuu hin himiin finfinee dhufaani sii samuu qabenyaakeeti lubbuu keetis dhabuuf tessaa Ati ittumaa gowaarii maalee 2ffaas dhugaan hin jalaatiin Waadaa galichiifaadhu ergaas hiriyoota kee Amantu itti ergii ykn ofumaa imoo dhoksaa banaadhu hayii bareeda jedhe sagaalee fi baruukee jijjirii qasii Biyyalee yoo galtu dhoksaani galii ijjoollee wojjiin jirtu itti bilbilchisii sii jalaadhera jedhi qorii sobani ergaas addaan bafaata Ammaaf 1ffaa block 2ffaa yerof itti gowaarii dhugaan hin jalaatin social media irraa futee gonkumaa ok
@IkraamAbdi-j2v
@IkraamAbdi-j2v Месяц назад
Inni lammaffa kanaatu wayyadha tahus yerodhaf hin amanin hanga gahila waliin jaarte booda yoo tahe male awwalumahu inni gaafa qarshii si gaafatu ofirra block godhuu qabda ture dhiifama ani garuu ani nama qarshii na gaafatu hin jaaladhu yoon duraan jaladheyyuu debihetan jibba dhuguman isiniin jedha dhirsa qarshii isin gaafattu jireenya keessan keysa baasaa hin yaadatinayyu akka waan hin jirretti laaluu qabdu
@dagitudagitu3537
@dagitudagitu3537 3 года назад
Kodde koo isaa lammata sif wayya isaa dursa gonkuma dagadhu ♥️♥️♥️♥️
@happthappy7712
@happthappy7712 3 года назад
Mashallaa mashallaa mashaallaa mashallaa mashaallaa mashallaa mashaallaa jabadhaa
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 2 года назад
Gutaama itti herumii barduu atta baayee gobsidhaa sennaa fi gutama💞💞❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀
@IrgalamAsafaa
@IrgalamAsafaa 5 месяцев назад
Qashtii installation than lamaafaaaaaaaaaaaaaaaaaaa toleeeeew❤❤❤❤❤❤
@abdullahunstube2846
@abdullahunstube2846 3 года назад
Welcome back Gamachiisi keenya🙏
@raremere2803
@raremere2803 2 года назад
Isa lammaffaa wajjin jiradhu kodee koo! 💪✅✅💋💋❤️❤️
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 3 года назад
Mee linkichaa sheri nuf godhaa pls???
@kaboshbaitcha9993
@kaboshbaitcha9993 3 года назад
😀😀😀😀😀😀😀😀😃🥰
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc 3 года назад
wayoo maalii kuuni binensii yaa waqayoo argaa isaa dhiraa birii jetuu icii isaa lamafaa waaliin jiraadhuu waqayoo tokoo siin haa tasisuu😥😥🙏🙏🙏
@naimnaim6567
@naimnaim6567 3 года назад
obbolettii koo Kan lamaf wajiin jiradhu qaliiye
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 3 года назад
Ayyi nama jechunii ni hulifata dhugaa jabadhu atti
@shammaalshamsi5293
@shammaalshamsi5293 Год назад
Jebadhu jajabeko wabaye nama barsisa senanke galatomi
@Booniibonii
@Booniibonii 5 месяцев назад
Isa lamata wajin jiraadhu Lubbuu
@زينبامانو
@زينبامانو 9 месяцев назад
Waw masha alla isa 2faa kana qabdhu milkotte oboletti koo😂
@user-ro8xq7rr5t
@user-ro8xq7rr5t Год назад
Yaa Jalalabad
@Almazshiferq
@Almazshiferq 3 года назад
Inni duraaa ijisa bajaji laptopi silki birri qofaa sin tauuu..Kan bodara jaladhuu tauus hanga qaman Wal argitaniti jaladhuu male enyunu hin amanin sis
@bonsatv6877
@bonsatv6877 3 года назад
Welcome maatii naf ta'aa Oromo koo!
@gannetmolo2852
@gannetmolo2852 3 года назад
Yaa obolleti koo inni dura mallaqa kee qofa barbade yeroo hundayyu si gowomse birri sirra nyaachuu barbada wan taheefi shamaran bira immo waan wan hasosisuf gonkuma is a si hin wayyu is a lammata wajjin tahi
@zabidaruu
@zabidaruu 5 месяцев назад
Isaa lamataa wajinii jiradhu oboletii koo😢😢
@xayibarabiira8804
@xayibarabiira8804 3 года назад
jiraa homaa miti obboltiti tiyyaa qormataa hundaa obbosaa dabarsuu malee akkaa nama siirraati hojotee yoo lalatu jirachuu hin ulftaa haa ta,uu garuu bakkaa hin kennii wanta kamiyyuu
@abutalang59
@abutalang59 3 года назад
Isaa lamafa wolin jiradhu❤
@obsetube730
@obsetube730 3 года назад
Kuni duruma jalalaf miti qarshafi malee atu gobaziidhaa uuuffff akka keetii nuuf baayatuu qashati tiyaa dhuguma atu ajjabsite kani qarshi ilee egii debise immoo imoo issani ofii fidechuu keetii 😂😂😂😂😂😂
@abdinkoosumadha5071
@abdinkoosumadha5071 3 года назад
Isaa lamafaa wajii tii sijenaa 😘😘😘
@dareeofficial7698
@dareeofficial7698 3 года назад
Kkk malumafuu isalaffaas matikitiin haa ta'u. Jecha abbakee hin dagatiin. "Kabajaan diddee"
@miskarammiskaram8102
@miskarammiskaram8102 3 года назад
2fffaaa jalaadhu
@tujihussen6189
@tujihussen6189 9 месяцев назад
hindogogorin baredajirta Rabbiin sibase isa2ffaa jabeffadhu oboletti tiyya.
@Tashi-g1z
@Tashi-g1z 9 месяцев назад
issaa badee wojiin jiradhuu
@kalidtube7865
@kalidtube7865 8 месяцев назад
Issa lamafa 22222❤
@ayelecheth8087
@ayelecheth8087 Год назад
Isaa lamataa jaladhuu2222❤❤❤❤
@MetiMamo-z5v
@MetiMamo-z5v Месяц назад
❤❤❤
@anuwaaroromo7472
@anuwaaroromo7472 2 года назад
Goosh gabazii tatee ammas mallaqaa kee hin ergiin
@gelanekefene4473
@gelanekefene4473 3 года назад
Kan dura sii dubbisee jalaalaaf osoo hin tanee yeroo keeti taphachuuf deema jalaalii qarshiin hin ibsamuu isaa lamaf waliin jireenya godhu.
@alemitukonjooalemitugoftan1446
@alemitukonjooalemitugoftan1446 2 года назад
Uuuiuuuuuf 😭 😭 😭 😭 namaa gaddisaa Baay.ee
@yussraamedia3452
@yussraamedia3452 2 года назад
Astogifirilah
@derbiderbi9026
@derbiderbi9026 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Cell123-tp1nl
@Cell123-tp1nl 3 месяца назад
isa lamafaa fana bahii hodho kooo senu koooooo
@anuwaaroromo7472
@anuwaaroromo7472 2 года назад
Isaa lamaffaa kana waajiin itti fufii kan duraa waan inni tahee hin beekta waan tahee
@hawibekana2710
@hawibekana2710 3 года назад
Issaa lamata siwayaa yene wubbbbb
@Cell123-tp1nl
@Cell123-tp1nl 3 месяца назад
♥️♥️♥️❤️❤️❤️🙏💯
@fatiyaarsiirobe9187
@fatiyaarsiirobe9187 2 года назад
Ok o
@lovelysarah6929
@lovelysarah6929 3 года назад
Kun mal nama gafachisareee isaa 2ffaaa kan jabefadhuuu inii duraa bultidha fana ijartetaa moo ilmoo biraa qabdayuu garaa sii nyataaa of irra bilck godhiii budena nama qubsuu elee irratii bekuu jedhee oromn
@darin-od9rm
@darin-od9rm 3 года назад
Well come Gamee
@ethopiamama859
@ethopiamama859 3 года назад
😂😂😂😂😂😂😂yaa barabaranaa baraa jalalii bajajidhaan bitamuu kodeetoo akkasi jedhiin birriin bajajii irttiin bituu hin qabuu garuu guyyaa tokkoofi kan ittiin bashananaa olutuu sifaan kirechaa birriin kiyyasi ammaa kanaa kan dandauu jedhiin😅😅😅😅😅
@jalallalisanyidhaa8121
@jalallalisanyidhaa8121 3 года назад
Tapajaahii badii jedhiini
@hadisahusen7794
@hadisahusen7794 3 года назад
Isaa,lamafaawajiin.jiradhuu
@Gifti-fg1gr
@Gifti-fg1gr 2 месяца назад
Isa 2ffa
@ayishakamalaa9620
@ayishakamalaa9620 2 года назад
Wooyii yaa jiruu tanaa jalalii dhugaa essaattii argaama 😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@nabiyatjamaal9039
@nabiyatjamaal9039 9 месяцев назад
Isaa 2ffa siif wayyaa irratti du'aai godhi
@MadinaUae-kj9it
@MadinaUae-kj9it 10 месяцев назад
😊😊😊😊❤❤❤
@tescomo3345
@tescomo3345 3 месяца назад
Hiriya ke kani boda waji jiradhu 😢😢😢😢
@hffhhg8062
@hffhhg8062 3 года назад
Kana dhura qarshi barbadha garu wa undhafu of Egano godhu🙏🙏🙏🙏🙏
@bekelugutaguta8178
@bekelugutaguta8178 3 месяца назад
Kaan lamata kana walin jiradhuu
@سامراحسان-ق2ض
@سامراحسان-ق2ض 3 года назад
Isaa 2 wajii ta'ii bareduu
@nesraali9019
@nesraali9019 2 года назад
dhugaa isaa Lammafa sif wayya
@oromtitishawaa539
@oromtitishawaa539 3 года назад
Isaa lamafaa walii jiradhuu jireenyaa gaarii
@meronidebelu6224
@meronidebelu6224 9 месяцев назад
Kani 2faa
@aminaghabo5438
@aminaghabo5438 7 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Далее
Na Kute Malee Warqee Cidhaallee Qopheesseen Ture
19:40
ИСЧЕЗНИ ВОДУ ДО КОНЦА
00:43
Просмотров 159 тыс.
Ana Waliin Abbaa Manaa Lama Qabdi
18:01
Просмотров 35 тыс.
Intala Abbaasheetti Deebistee Heerumte
12:08
Просмотров 15 тыс.
Seenaa Kiyya Jijjiirtee Deemte
17:44
Просмотров 41 тыс.
Asoosama Hidda Oromummaa Kutaa 1ffaa
18:48
Просмотров 13 тыс.
Argadhe Jedheen Boollichatti Seenen Awwaalame
11:35
Просмотров 17 тыс.
RNH 858, June 3, 2024 Soora Qalbii
31:21
Просмотров 45 тыс.
Dhiisaa Eessayyuu Hin Deemtu
20:26
Просмотров 47 тыс.