Тёмный

Na Kute Malee Warqee Cidhaallee Qopheesseen Ture 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 28 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 189   
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
Wel came 🤝 akkaa caraa malee akkaa yaadanitii jirachuun ni ulfataa yaa obboleeti koo hin goowomin 😭 nama jalataan wajiin jirachuu caraa qabeessadhaa keessatuu jalaalee jalqabaa 💓 yaa ta'uu malee wantii akkana kan qunamee si qofaa sittii fakkaachuu danda'aa garuu miti😭 jalaatanis wajiin hin jirataan kan jalataan dhabanifis dhabaatani hin haafan kanafuu hojii waqaayyoo maali beekta yonaa ati kan jalaatee malee kan si jalatee hin agaree 😭❤ bultiin sif yaa milka'uu jedhinii suura isaa ofi biraa baleessii 👎 waa'ee isaa yeroo yaadatuu badii inni sittii baleessee bakkaa buusi isaa dagachuu ni dandeessaa wantotaa ittin wal qunamaa turtaani illee block godhii dhisii kan malee furmaanii hin jiruu yaa obboleeti koo 😭 hireen qooda rabbiti jedhuu mitiree hiree kee waqaayyoo sif yaa qoodu🤲😭
@MasuuKafalaa-lh2xz
@MasuuKafalaa-lh2xz Год назад
Dhugaa kee jetee 😢😢😢
@oromtitishawaa539
@oromtitishawaa539 3 года назад
Kan raabii siif qoodee harkaa raabii jiraa Abshiri suraa isaas hin ilaalin baallessi of biraa uuuuufff dhiphinumaa jalalaa kanaa argaa jalalaa
@MorkatuuArsiiAhemed
@MorkatuuArsiiAhemed 7 месяцев назад
Uuuuufffff lubu koo jabadhuu iranifachufis yalii malo atii dhugaa nama carra qabessa dhaa malif dirqin malee issaa jibitetii miti kani irra fagatee amsi goftaan nama atii jalatuu kani sii jalatuu sif kenaa yomiyuu tanani abdii hin kutiin 😭😭❤❤❤❤❤❤❤❤
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 года назад
Jalali.hinumaa.jiraaa.garuu.ati.yada.isaa .dhisiii.mal.daimaa.sirkaa.jiramo fataa jedhii.iryotan.ke.shamaranii.dukaa.tapataa.dalagaa.kee.dalagadhuu.jirenyaa.kee jiradhuuu.homaaa.hin.yadin.yo ama yadan.midhamtee enyuutu.jalala.kotif.midhamtee.sin.jedhaaa.rabbi kan bultii garii.hojin ijaratuu sif hakenuu dhiraa.dukaaa akaa samu kee.hin.dhabneeee tiruuu.ko
@raheel368
@raheel368 3 года назад
Gobazi koo rabbi sihaa ebbisuu dhuga jeten
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@raheel368 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@zaydashas4726
@zaydashas4726 Год назад
Wly gaaraa nama nyaatii Abshiir qaalii koo Raabumaatuu sif jiiraa akkan jaalalaan miidhaamee daanuudhaa aniilee akkuma kana miidhamee 😭😭😭😭😭
@Aziza-i4z
@Aziza-i4z 14 дней назад
Uuufff Rabbin kan ofi filatee yeroo gabbaa kessati siyyaa badhasuu Tiroo ko ❤😢
@zainadadubai9640
@zainadadubai9640 Год назад
Uuuuuuffff abshiir rabini wan qodaa keeti sif hakenu rabin jalalaa isaa siduura hafudhu🤲🤲
@SalamSalam-db8jn
@SalamSalam-db8jn Год назад
Siluma waan kee hin tane wajiin rakkate oboleti koo kani waqayyoo siif ka'e lafaa jiraa amma isaa ofii keessa basii jurenyaa kee itti fufii namni walii jaalate wajiin jiratu mursadha anile jaalale koo waga sadeti olii ijolumadhan walin gudane ana dhise nama kani bira fudhe gafa cidha isa dhaga'e qofan gadde guyyaa lama nati fudhane jirenya koo keessa basuf nama sif hin yanef dhukubachun kee iyyuu gatii hin qabu kani sii jalatuuf sif amanamuf yoo lubbu kee wargde iyyuu uma miti
@hafizmohamed932
@hafizmohamed932 3 года назад
Ani akka kootti kan si gorsu jalqaba suraa isaaf bilbila isaallee balleessi ofirraa yeroo waaii isaa yaaddee dhiphatu hiriyoota kee woliin haasai xaphadhu rabbin hiree biraa siifa laatu uktii
@Rahima-mg9im
@Rahima-mg9im 7 месяцев назад
Gamee.kiyya.baay.ee.galatoomi.seena.nu.barsiisuu.nuf.dabarsita❤❤❤❤❤
@HawetanShiferaw
@HawetanShiferaw Год назад
waaqayyoon siif immoo dhachaa godhee gatii midhama kee siif deebisa jireenya gaarii siif kenna waaqayyoon kadhadhu giftiikoo guyyaan jira jabaadhu
@darartuumakura4444
@darartuumakura4444 2 года назад
Obboleetii teenyaa kan namatu darbaa malee kan Raabbiin hin darbuu hin dhiiphaatiin kan raabbii sii qodee hin dhabuu 😭😭😭☝️☝️
@dambalmedia
@dambalmedia 3 года назад
Yoo Comment kana dubbiste osoo gara chanala koo dhuftee #Sabiskirayibi naf hin godhin hin darbin❤💕❤💕🙏🙏🙏🙏🙏
@eftunugise5527
@eftunugise5527 3 года назад
Barumasaa malii dabarsitaa 😍
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@eftunugise5527 Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
@fatiyaarsiirobe9187
@fatiyaarsiirobe9187 2 года назад
Oke
@fatehaalhelwa1446
@fatehaalhelwa1446 3 года назад
Obsuu qabda erga inni fuudhe uf miidhu male faydaan ati argatun jiru isa iraanfachuudhaf seena gargara dhagefadhu kan akka ke midhame keessa dabre waan jiruf ati nama walin hasa,i kan rabbi siif qooden dhabdu
@berkeneshbeke7235
@berkeneshbeke7235 3 года назад
Kana rabbi sifi Qodee in dhabduu Baredu koo
@sadamiftaaabduraman1045
@sadamiftaaabduraman1045 9 месяцев назад
Subhaana Allah uuufff miskiin💔💔💔💔💔💔💔
@obsetube730
@obsetube730 3 года назад
Waqayoo sii daggachisuu dhisii waqayyoo waan sii yaaduu bekkuu waqayyoo fayya sii keenuu 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻
@sma01-ps3zu
@sma01-ps3zu Год назад
Obboleetii koo hin yaadiiniiii rabittuu siif jirraa ossoo kee ta,ee taahee sii eggaa wan ta,effii kee kooppaa jirraa hin yadinni❤❤❤
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 Год назад
Dhiri nama kijibidi dhisi ka rabi siQode sifidhufaa abshirii duradurasi fayaketifi yadi dhiberati ufikufisinii
@fanusadis5368
@fanusadis5368 3 года назад
Uuuuuuuuuuuffffffff baayee ulfataa intalaa biyyaa kotii anilee akumaa ketii kanaa dabarsee garuu obsii foto isaa ofiraa dileti godhii kan biraa asofmsisii isaa dagadhuu 💔😭💔😭💔😭
@ruqiyyaadasiya
@ruqiyyaadasiya Год назад
Yaa obboleetii too kaan dabarbee hin Dababtanii jedhee oromoni Atii Ammaa jinyaa mataa ketii itii Fufii jiradhuu kaan Rabbiin sifii kenee simaa egaa Jirnyaa mataa itii yadii
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 года назад
Suuraa isaa of irraa balleessi kan rabbi siif qoode hin dhabduu obsa godhadhu dalagaa kee itti fufi. Dhiiruma jaalala nama qabsiiftee nama biraa dhabamtu argaa jeraa
@dareeofficial7698
@dareeofficial7698 3 года назад
Homaa mitti hadhookoo waaqa kee kadhadhu . Jiruun addunyaa kanaa akkasuma sii qofaa mitti. Hadholii bayyeetu cabe. Bossee hamilee of hin busiin. Kun humna siif ta'uu qaba malee sababbii dadhabina kee ta'uu hin qabu. Maddii siif qopha'eerraa sumatu nyaata. Jabadhuu hadhookoo
@lovelysarah6929
@lovelysarah6929 3 года назад
Ufffee yaa jalala ijolumaa kana moo yaa dhiraa bara kana!!homaa mitii hadhoo koo obsumatuu furmataa ta.aa wantotaa ittin isaa yaddatuu of fulfuraa balesiii kan hirre kee barbaddhuuu
@bontuuitaalaarsiishaashee8746
@bontuuitaalaarsiishaashee8746 3 года назад
Obsii yaa obboleetii tennaa waan rabbii sii hiree hin dhabduu
@mubeshiratabeyezid4795
@mubeshiratabeyezid4795 Год назад
Obsi obboleettiikoo kan waaqni siif qoode lafa jiraa gara biyya keetti deebi'i
@Almazshiferq
@Almazshiferq 3 года назад
Kan wqyo si Kaye achuma jiraa habibtii abshir
@muktarabdo1184
@muktarabdo1184 3 года назад
Sagalee kee bayyee dha bareeda gammachiis!!!
@yerusalemwaqaktole1031
@yerusalemwaqaktole1031 3 года назад
Waqaayyoo kani siif kennee jiraa sabaaba ta'eef abdii hin kutiin obbolettii!
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Obboleti tiyyaa mati naa ta.i
@sabkeebarrmichuarsilixa3103
@sabkeebarrmichuarsilixa3103 3 года назад
Abshiirr obboleetti koo siif kan Rabbi qoode hin dhabddu💔💔💔😭😭😭😭😢😢
@obseeshow9855
@obseeshow9855 3 года назад
Uuuff baayee garaa namaa nyaati obsi Kan akka keti bayyeedha. Rabii waan sifi qodee hin dhabdu. Suraa isaa ofi biraa baleesi
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Baga nagan dhufte
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Abshiir Rabbumaa jiraa in yadiin kani Rabbiin ketii jedhee in dhabduu
@sabontuwalagga315
@sabontuwalagga315 3 года назад
Yaa caraa kenyaa kannaa😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@makiamakia9011
@makiamakia9011 3 года назад
Garuu sii rabbiini sii haa fayyissuu waanii qaraa rabbii siifi hiree hin dhabduu waanumaa hundafii obsuu qabdaa
@asyiadhufe4641
@asyiadhufe4641 3 года назад
Welcome gamee 😍😍😍 hireen qoda rabbiti Kan rabbi siqode him dhabdu abbshir obboletikoo Sura isa ballessi in lalin
@billaancha8394
@billaancha8394 7 месяцев назад
Sirba background kan eenyuuti?🥹 maqaa artistii naaf himaa🙏
@uaeuae7259
@uaeuae7259 2 года назад
surasa hobira balesi isa dagachuf jecha wan jirenyake boru balesus in jallaatin waqayoti boyi kan hofi ketif naf filate naf ladhu jedhi kadhadhu wati mudama amas boru simidhu dan da,a rabira egadhu ireke carakesantu wal bira in jiru kan kankeeti jedhe sif qophesera situ in hargine male wan kankenya in taneti bonya yero mara obsi
@habibaabdulkadir2376
@habibaabdulkadir2376 3 года назад
Suraa saa balesi sif mo Wan Rabin sif qophese Ofirka qabaa Abshir habibitii
@salamgiza2801
@salamgiza2801 3 года назад
Waqayyoo namaa jalaatuu qoraa jedhama mitiree garumaaf jedhi fudhuu kaan allattiif ta.ee qocan hin nyatu jedha duruma ta.aa garaa fayyaa debii.i waqayyoo sii yaa jadesuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Salam mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍💞
@jalallalisanyidhaa8121
@jalallalisanyidhaa8121 3 года назад
Jajabadhuu dhiri gute jirtii ok
@aashaaahmed4608
@aashaaahmed4608 2 года назад
isaa dhisi nama si jallaaneef yeroo hin kenin jiruu ilmaa nama ittii fuufa jirenya kana boda ittii yaadi
@abdullahunstube2846
@abdullahunstube2846 3 года назад
Welcome back Gamachiisi 🙏
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Maatii naffii ta'amee
@redmia191
@redmia191 Год назад
Oromo
@samiraasamiraa7246
@samiraasamiraa7246 3 года назад
Welcmee Gamee😍😍❤️
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Maatii naffii ta'amee
@سودي-ر9ر
@سودي-ر9ر 3 года назад
Dagadhuu.namasitahuu.jalqlaa.biraa.jalqabii.abshir😭😭☝️
@meryemaabdella1563
@meryemaabdella1563 2 года назад
Well come
@MasuuKafalaa-lh2xz
@MasuuKafalaa-lh2xz Год назад
Ashiri obolleetii teenyaa 😢😢
@zainabdula2748
@zainabdula2748 2 года назад
kani rabbi keetti jedhe lafuma jirra hin dhiphattini suura issa ofirra haqi hin lalini abshirii
@yerookanaa9025
@yerookanaa9025 3 года назад
Jirenyaa kanaa qabaa omaa mitii sifii rabii jiraa
@MisiraAliyi
@MisiraAliyi 8 месяцев назад
Woti rabbin si qode lafa jiraa hin yadini yaa oboleti koo
@abdinjiraa6612
@abdinjiraa6612 3 года назад
Uuuuuuuff Jabadhuu hadhooko Jallalii dura kan milkoft 100% 10 Malee namafi hin milkoftuu hunduuma kenyatuu akkasii ofu jabesii
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
Rabbii saa maaruu fayyiii garuu waan hundaa dhisii biyy aa gaalii
@tvmulatahaaraa9924
@tvmulatahaaraa9924 Год назад
Rabiin kaadhadhu kan caaluuti si basaa
@mesmes8722
@mesmes8722 3 года назад
Ayezosh rabbii kan calluu siif lata hin dhiiphaatiin
@SofiaSofia-vf8od
@SofiaSofia-vf8od 3 года назад
Amshirii Oboletti too Obsii
@zayidlove4814
@zayidlove4814 3 года назад
namnii atii jallaatuu yoo doh jibee rabiin namaa ifii jallaatuu sif qabaa abdii hin murin
@f8cuc7aff58
@f8cuc7aff58 3 года назад
Welcome
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Maatii naffii ta'amee
@adanetmokonen6514
@adanetmokonen6514 3 года назад
Obbolleeti koo nama nama jibbee atis jibbii dhissi footo isaa bibila kee keessa balleessi kaayyyo kee karaa fuula Duraa irrati yaadi waaqqyyoo akka hojii isaati nu keennafi amshrii jabaadhu namni hunduu onnee jaalali miidhamne jiraa ni obsiin malee yaa dhiira Ethiopian cuubu keessan yoomi lataa waan gaarii yaadu onnee keessan
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Lammii koo malo kootu mati naa ta.i
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Adant mati naf ta.ime🙏
@bonnannii5507
@bonnannii5507 2 года назад
Oboleti koo dhisi kan waqayyo keti jedhe lafuma jira jajabadhu sayadf jalala isa of kessa balesii
@add6931
@add6931 3 года назад
Yeromaa hundaa ati waan hunda keessati Abdii muratin kayoo keetti duubati deebii itti fuufii kani isaa caaluu argata akka kiyaatii
@sabbontuuabdii1052
@sabbontuuabdii1052 2 года назад
Uuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭
@suseetube217
@suseetube217 3 года назад
Uuuuuffffff 😭😭😭😭 Rabbiin si waliin haa tahuu hadhoo Koo
@SofiaSofia-vf8od
@SofiaSofia-vf8od 3 года назад
Rabumatu siif hin qodinìi Kankee Simma Egaa Amshirii
@miimiyyeekennasabirtukan8036
Kan kee waan hin taaneedidha ati obsii waaqayyoon kadhadhu ga'ilaa kan namaaf kennu waaqayyoo dha
@bareduuoromoomakuuraa1299
@bareduuoromoomakuuraa1299 3 года назад
Uuuuuufffffff suraasaa sikkiikeesaa hakkeesii kanii waqayyoo sifaakkee hireekkee sifaalatuu😭😭😭😭😭
@sumayaayeeshawalij9158
@sumayaayeeshawalij9158 6 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢
@tsehayanbessa1418
@tsehayanbessa1418 3 года назад
Yaadaf jajjabinaa keessaniif hunduu galatoomaa👌
@faxumamohammed2399
@faxumamohammed2399 2 года назад
Abshir Aniis Akkaan ta'ee
@damitumagarsa9977
@damitumagarsa9977 2 года назад
😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 года назад
Kaa raabi siif qodee lafa jira amishir 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@torfatorfa9395
@torfatorfa9395 3 года назад
BagaNagaanDhufteGamee.😭😭😭😭😭😭😭
@damitumagarsa9977
@damitumagarsa9977 2 года назад
Uuuuuuuufffff yaa jala 💔
@aagg5254
@aagg5254 3 года назад
Hojii kee hojatadhuu waayeee isaa Dhisii
@mariyaamsanyiijawaramuhamm6343
@mariyaamsanyiijawaramuhamm6343 3 года назад
Wel come Gamee
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Lammii koo mati naa ta.i
@rahmabeevi2423
@rahmabeevi2423 3 года назад
Rabbi kaa issa caalun onnee tee haa fayyissuu
@ofiinboontuuintallaasalaal3584
@ofiinboontuuintallaasalaal3584 3 года назад
Warii maqaa Artistii tanaa betan komatii kanaa jalatii nabaresamee
@ayantoa9903
@ayantoa9903 3 года назад
Caaltuu
@sadasada6830
@sadasada6830 3 года назад
Caaltuu mariyaam
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@ayantoa9903 mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@ayantoa9903
@ayantoa9903 3 года назад
Tole hayat tiya you tube ke maqan mali?
@ofiinboontuuintallaasalaal3584
@ofiinboontuuintallaasalaal3584 3 года назад
@@ayantoa9903 Galatomii sanyii
@workineshgomen6886
@workineshgomen6886 3 года назад
Ufffffff obsii maloo kan rabbiin siif olkahee hin dhabduu jabbadhuu fayyaa kee defadhuu abdii hin kutatiin
@Deebiimidea8470
@Deebiimidea8470 3 года назад
Uuuuu maloo obbeelekoo hin gowomnu kotta gafaa gara biyyatti galeessi hin dhabnu kan nuf ta,uu
@fatiyaarsiirobe9187
@fatiyaarsiirobe9187 2 года назад
Welcome game
@janajana325
@janajana325 3 года назад
Abshiir kanii rabbii sifi kene sii dabaruu
@halemaeshimelkamekder5096
@halemaeshimelkamekder5096 3 года назад
Garuu isa jete biyya ormati ammasi dabalchu hin yalini galii wanii waqayoo si qophese hin bekamu nuti asi tenye kophumaa nama nu barbachisa malee dhugaa si jedha gafaa biyya galte yeroo wayee namaa hin yadane jira
@sarkalemzeleke7934
@sarkalemzeleke7934 2 года назад
Abshiri baredu too Sena walii fakata qabna obsii furmata kani kenuu waqayodha
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 года назад
Baga Nagan Dhufte Gamme❤️
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Maatii naffii ta'amee
@semrakader6270
@semrakader6270 3 года назад
Uuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭obsii obbooletii kun baayyee nama gadiisisaadhaa raabbii sifqaba kan caluuu
@AyaAya-mk2tr
@AyaAya-mk2tr 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔
@aishaakadiir9591
@aishaakadiir9591 3 года назад
👍
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Wel Come
@iliillitube607
@iliillitube607 3 года назад
Bagaa nagan dhuftee🙋‍♂️👍
@lensamulunafamily5103
@lensamulunafamily5103 3 года назад
Maatii naffii ta'amee
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Hawi mati naf ta.imw🙏
@sifani8650
@sifani8650 Год назад
Kawaqayoi egadhuu adhokoo
@zaydashas4726
@zaydashas4726 Год назад
10:31
@saliyasaliya5996
@saliyasaliya5996 3 года назад
Uuuuuuuffff malo Obsaa rabbi sif hakenuu.oboletii.ko..dhisiii.aka.rabbi.jalala.isaa.sikesaa.balesuu.rabbin.kadhuu.namii.rabbin.kadhatee.hin dhabuuu.kan of jalatuu.rabbi.sif.hakenuuu
@hamziitube1894
@hamziitube1894 3 года назад
Seenaa kooti wal fakata wanti akka jalalaa nama midhuu hin jiru garuu obsuudha yoo dadhabde hariroo nama bira wajiin jalqabi karaa ga'ilaati cee'ii
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Hamzi koo mati naf ta.i🙏
@gevvehwheh5021
@gevvehwheh5021 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 3 года назад
Namanii maddaa dhabee adunyaa tanaraa hin jirruu kanaafuu wann rabii sii godhuu isaatuu bekkaa
@makyamakya6175
@makyamakya6175 3 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭🙄🙄kalas dhisii 😭😭😭😭😭😭😭😭🙄🙄😭😭
@saraSara-z4l7b
@saraSara-z4l7b Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Osoo barotaa keefi dursaa kennatee malifi akkannaa ta.aa silaa durbaa koo yaddii keessain daftee cabbadii 😢 sumaatu kayyoo kee fi karoo dhabbee
@dareeofficial7698
@dareeofficial7698 3 года назад
Yanni nama jajjabessu sammuu kee kessaa hin jiruu?? Kana yom walalte ishiin?
@shammaalshamsi5293
@shammaalshamsi5293 Год назад
Oboletiko jebadhu guyan Boru kanbirati siluma jalalake inqabu jalqabimayu base sigaterabari dagadhuti kayoketif jebadhu
@rahiimaaintaalaabadiyaa9636
@rahiimaaintaalaabadiyaa9636 3 года назад
Sagaleen màaliif qulqulinaa hin qabnee? Osoo dhagefanee hin xumurinii sagaleen nuu jeqaa
@raheel368
@raheel368 3 года назад
Hiriye too azoshii dhiri isa qofa mitii biftu koo onne koo azoshiiiii 😭
@obseobse4517
@obseobse4517 3 года назад
Obsii rabbi sihaa qarqaruu oboleti koo
Далее
Warqee(Qoocco) dhaaburraa hanga nyaachutti
28:12
Просмотров 2,4 тыс.
Qullaa Kiyya  Na Dhiisee Deeme
14:00
Просмотров 12 тыс.
Sammuu Kiyya Maraachuu Geesse
15:19
Просмотров 19 тыс.
Argadhe Jedheen Boollichatti Seenen Awwaalame
11:35
Просмотров 17 тыс.
Durbummaan ulfaa'uun ni danda'amaa?
7:09
Просмотров 14 тыс.
Xalayyaa Haacaaluu Hundeessaaf Barreeffame
12:21
Просмотров 29 тыс.
FUNERAL ON MY WEDDING DAY 💍 (EPISODE 7)LOBOLA DAY
40:17