Тёмный

Dhaddacha Jaalalaa Doosee 18 fi 19 ffaa galmee iyyannoo 40 - 42 

Nuuralhudaa
Подписаться 186 тыс.
Просмотров 18 тыс.
50% 1

Galmee iyyannoo 40
As wr wb. Akkam nagaya jirtuu, jajjabaattuu, Alhamdulillaah, baga nagaya nuuf jiraattan, karaa gaariifi waan bareedaa ummata keenyaaf ni taha jedhamee yaadamu nuuf qopheessuu keessaniif hedduu galatoomaa. Jazaakumullaahu khayran. Ammallee haaluma Kanaan itti fufaa. Nuuf jabaadhaa isiniin jedha. Maqaan kiyya U.D jedhama. Wagga 2 fi cinaa dura abbaa manaa kiyya wajjiin bultii jaarrannee jiruu gaarii eegalle. Sa’ud Arabiyaa keessa waliin jiraachaa turre. Baatii 2 dura inni qabamee gara biyyaa gale. Anillee in shaa ALLAAH yeroo muraasa booda galuu barbaada. Garuu waan akka lafee laagaa danqartee natti tahe tokkotu jira. Innis akka asii gadii kana.
Amma dura abbaa warraa kiyya wajji biyya keessatti mana ijaarachuuf mari’annee lafa barbaaduu eegalle. Achi booda abbaan kiyya wanti an qabu keetii kunoo lafa tana fudhuu waan barbaadde irratti ijaarradhu naan jedhe. Anaafi abbaan warraa kiyyas gammachuudhaan lafa san fudhannee mana irratti ijaarrachuu eegalle. Amma manni xumuramutti dhihaatee jira. Abbaan warraa kiyya eega gara biyyaa galee booda, Manni kun haa dhaabbatu. Booda itti deebinee ijaarra. Amma lafa biroo bitannee mana biroo ijaarranna. Eega san xumurree booda kanatti as deebina naan jedhe. An ammoo akkamitti akkana goona jedhee mormus, jaarsi kiyya dubbii tiyya narraa fudhachuu dide. An dubbii tana maatii kiyyaaf hin himne. Duraan waan dalagadhu hunda maatii kiyyatti ergadhee, maatiin kiyyas mana ittiin naa ijaarsisaa turan. Abbaan manaa kiyya ammoo mallaqa gama kiyya ergi, an mana biroo eegala naan jedha. Jidduu tanatti rakkoo jabduuf saaxilamee malli na harkaa bade.
abaan manaa kiyaa amanee akkaa halaa jirenyaa numijeessi jedhee isatii ergaa moo warii kenyaa manaa kanaa haxumuranii itiin ergaa jedhee yaddoo gudaa kesaan jira. kanafuu akkaa waan furmataa tahaa jatanii yadaan nafdabarsitaan kabajaa fi jalalan isiin gafadha.
Galmee iyyannoo 41
Assalaamu aleykum warahmatullahi wabarakaatuhu
Ani A.K jedhama. Haadha manaa tiyya himachuuf gama dhaddacha kanaa dhufe.
Anaafi jaartiin tiyya nikaaha hidhannee jirra. Garuu hanga ammaatti walitti hin dabalamne. osoma walitti hin makamin mee akkami haqni tiyya jirtii? jedhee gaafannan, hin jirtu naan jette. ani guyya isin kana naaf himterra eegalee hedduu natti dhagahama. kanaafu mee akkamitti qalbi tiyya tana gad dhabu dandaha? Gorsa gaarii qalbii tiyya tasgabbeessu naaf dhaamaa. Galatoomaa.
Galmee iyyannoo 42
Qophii furmaata haala bultii keessatti argatan tana nuuf qopheessuu keessaniif hedduu galatoomaa. Ani maqaan kiyya S.A jedhama. Furmaata gaarii isin biraa nin argadha jedhee abdadha. Abbaa manaa kiyya hedduun isa jaaladha. Innis duraan hedduu na jaalachuu ture. Amma garuu jalalli inni naaf qabu xiqqaachaa dhufee jira. An abbaa manaa kiyya umriidhaan ni caala. Isa dura nama biraatti heerumee ilmaan lama argadhe. Waan isa dura dabarse hunda himeefii jira. Wanti isarraa dhoyse tokkolleen hin jiru. gaafa duraa waa hunda caalaa diin isaa jaaladhee itti dhihaadhe. Eega diiniif jecha walitti dhihaannee booda, dhugaa jirtu hunda itti himnaan jecha bareedaa tokko naan jedhe. Ani dubrummaa duniyaa irraa haajaa hin qabu. Yoo Rabbiin nu milkeesse dubrummaa aakhiraa san barbaada naan jedhe. Jechi isaa kun hedduu na gammachiisee qalbii na booji’e. haala Kanaan anis boojuu isaa tahee karaa halaaliitiin nikaaha godhannee bultii wajji eegalle. Adaduma oollee bulluun dubbiin jijjiiramaa dhufte. Dhiheenya kana dubbii hamtuu isarraa na fageessitu natti dubbatee qalbii na cabse. Jaalalli inni naaf qabus xiqqaatee jira. Tanaatu gama dhaddacha kanaa na fide. Mee furmaanni kiyya maali. Tooftaan bultii tiyya tana ittiin qajeelchuu dandayu jiraa? Akkaataan jaalala duraa san ittiin deebisuu dandayu jiraataa? Deebisaa keessan obsaan eeggadha. Galatoomaa.
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another RU-vid channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to RU-vid and requesting the removal of the unauthorised content.

Развлечения

Опубликовано:

 

8 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 92   
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 16 дней назад
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah
@sumeeshawaa9844
@sumeeshawaa9844 2 месяца назад
Anaa haa dhufuu qaqqaaliwwan keenya baga Nagaan dhuftan qopheessitoonifi qondaaltonnii f dhaggeeffattooni nuural hudaa hundi keessan ❤❤
@RabituSafawo
@RabituSafawo Месяц назад
Ws wr wb mashaallaah mashaallaah ❤SAW ❤SAW ❤❤❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW❤ SAW ❤SAW ❤SAW❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-ue2dq3ep3p
@user-ue2dq3ep3p День назад
❤❤❤❤❤
@ShamsShash-ru5xb
@ShamsShash-ru5xb 2 месяца назад
SAW 🎉SAW 🎉SAW 🎉Masha Allah
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 16 дней назад
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin ☝️🤲😢
@saadu7901
@saadu7901 2 месяца назад
Sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam
@dararatukwt2379
@dararatukwt2379 2 месяца назад
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiiiin 😢😢
@saadu7901
@saadu7901 2 месяца назад
Waleykumsalaam worahamatulaahi wobarakaatuu ❤️❤️
@samiraasadda8262
@samiraasadda8262 2 месяца назад
SAW❤SAW❤SAW❤
@Arjomsa
@Arjomsa 9 дней назад
As wr wb jzk jzk jzk Akkamitii issin arkkana iyyanoo hiriba na dhorkkitee taanan himadha😢😢😢😢
@Ahmednuro-legend
@Ahmednuro-legend 2 месяца назад
dhugaadha wly NH soora qalbii muslima
@user-ro5ti7vw6v
@user-ro5ti7vw6v 2 месяца назад
salalahuu alihimii wasalamii
@Gsc-si4od
@Gsc-si4od 2 месяца назад
Mashaa Allaah baga waliti nudebise nagahan
@user-lz4si6rg7v
@user-lz4si6rg7v 2 месяца назад
Wel come back nuuralhudaa sooraa qalbii musilimaa ❤❤❤❤
@almaqam1990
@almaqam1990 2 месяца назад
Masha Allah masha Allah Allaha kubar Allaha Kubar Allaha Kubar Rabbiin Beekumsaa dhumaa hin qabanee isiin haa kennuuu Hamatuu isiin irraa haa qabuu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹🌹⭐⭐⭐☝️☝️☝️
@ShamsShash-ru5xb
@ShamsShash-ru5xb 2 месяца назад
SAW SAW
@user-oq1be5mv9b
@user-oq1be5mv9b 2 месяца назад
S Aw mashalaa
@user-bq2se6yq9t
@user-bq2se6yq9t Месяц назад
As wr wb mashallaa tabarakal jabadhaa
@Samira-ky8fb
@Samira-ky8fb 2 месяца назад
Salalahahu aleyhii was
@ayatayat2082
@ayatayat2082 27 дней назад
Mashaa alhaa ❤❤❤
@MuraadAbduqaadir
@MuraadAbduqaadir 2 месяца назад
❤❤❤maasha allaah
@baradiin_oro_99
@baradiin_oro_99 19 дней назад
Saw saw saw ♥️
@ShamsShash-ru5xb
@ShamsShash-ru5xb 2 месяца назад
SAW 🎉SAW 🎉SAW 🎉
@saadaaTube2
@saadaaTube2 2 месяца назад
Mashaa Alhaa❤❤❤
@user-wo5to6yx9x
@user-wo5to6yx9x 2 месяца назад
SAw❤❤saw❤❤sAw❤❤❤❤ YaaAllaah ♥️♥️♥️♥️🎉🎉
@mdamin9092
@mdamin9092 2 месяца назад
Maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah jzkk alhamdulillaah yaa rabbi baga nagaan wolitti nu deebifte,ammas alhamdulillaah
@user-it3mb1rd2s
@user-it3mb1rd2s 2 месяца назад
❤Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha baga nagaan nuuf dhuftta ❤❤❤🎉
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 2 месяца назад
Wâllêkûm assallam waramatullah wabarakatuhuصلى الله عليه وسلم Baga nagan asi nuf deebitaan hayakumullaah❤❤💘💘💖
@hhi4562
@hhi4562 2 месяца назад
❤❤❤❤❤
@HalimaHalima-Arsii
@HalimaHalima-Arsii 2 месяца назад
Anna dhufuu baga nagaya dhutani isn yannee jira❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-hw1xj3zq2j
@user-hw1xj3zq2j 2 месяца назад
Wl wr wb S.A.W❤❤❤❤❤
@musxafamammad9547
@musxafamammad9547 2 месяца назад
S...........A..........W. ❤❤❤❤❤❤❤
@user-gx8ej1up1m
@user-gx8ej1up1m 2 месяца назад
Saw ❤❤❤
@QashiraaMuktrar
@QashiraaMuktrar 2 месяца назад
Wl wr wb Mashaa Allah ❤❤❤
@osamaabibe813
@osamaabibe813 2 месяца назад
As wr wb, akkam nagaaya jirtu qopheysitoota qophi riqicha sunna. Ani barataa Osama Abibeen jedhama qophi riqicha sunna ni xumurtanii fariyaa fi usmaan.
@SmilingBigWaterfall-ne9tt
@SmilingBigWaterfall-ne9tt 2 месяца назад
Baga nagayaan dhuftan worri nuuraalhuda soora qalbii musilima❤❤❤
@mashalasokwalayakeriishaya9264
@mashalasokwalayakeriishaya9264 2 месяца назад
Asw❤Asw Asw 💕💕💕💕
@KalichaIya
@KalichaIya 2 месяца назад
Saw
@user-cc5ih3bc4u
@user-cc5ih3bc4u 2 месяца назад
As wr wbt jira jirtu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 16 дней назад
S a w
@user-yp2dm7qt6k
@user-yp2dm7qt6k 2 месяца назад
S A W❤❤❤❤❤❤❤❤ masallhaa tabarakallhaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-lz4si6rg7v
@user-lz4si6rg7v 2 месяца назад
Wl ws wr wb sheikh keenyaa bagaa nagahaan nuuf deebitaan wel come back❤❤👍👍👍👍
@fayinedenabo9744
@fayinedenabo9744 2 месяца назад
Wl wr wb mashaa Allaah
@user-cq7bl4hq1c
@user-cq7bl4hq1c 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@Arjomsa
@Arjomsa 9 дней назад
Wl wr wv
@DxbHat
@DxbHat 2 месяца назад
❤❤❤
@AminaaAlii
@AminaaAlii 2 месяца назад
Wl wr wb Mashaa Allah ❤❤Sallaallahu Aleyhi Waassallam bagaa nagaa dhuftaan isin yanee dhugaa rabii❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@BirkaaUmar
@BirkaaUmar 2 месяца назад
Aminaa. Alii '2d ago ❤sallaallahu
@BirkaaUmar
@BirkaaUmar 2 месяца назад
5:33 5:33 5:37
@user-ie6jk5jd3d
@user-ie6jk5jd3d 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hamdaibrahim1349
@hamdaibrahim1349 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@Eman-if8od
@Eman-if8od Месяц назад
Lakobaa Mee Naf Lataa Gafii Qabaa😢
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 16 дней назад
Ws wr wb akamai nagay
@Wardatube235
@Wardatube235 2 месяца назад
Baga nagayan nuf debitaan ❤❤❤❤Welcome 🙏 ❤❤❤
@Moh-qd6ug
@Moh-qd6ug 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Distou-fm4bj
@Distou-fm4bj 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AyanAyan-pb7dy
@AyanAyan-pb7dy 2 месяца назад
Mashallh Mashallh
@Abdee825
@Abdee825 2 месяца назад
Aswrwb bagaa nga nuuf deebitanii ❤️❤️❤️❤️🙏🙏
@zamMa-cl4fn
@zamMa-cl4fn 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-sy5bq4id8w
@user-sy5bq4id8w 2 месяца назад
Maashaa allaah ahlan bagaa ngh nuuf dhuftaa
@gstwwttw8567
@gstwwttw8567 2 месяца назад
SAw❤❤
@zamMa-cl4fn
@zamMa-cl4fn 2 месяца назад
Sallaahu Aleeyhii wassallaam
@abdulhayiijeylan7660
@abdulhayiijeylan7660 2 месяца назад
Baga nagaya walitti dachanee
@user-yt8gb9ey8q
@user-yt8gb9ey8q 2 месяца назад
saw
@user-di6dw7jg2o
@user-di6dw7jg2o 2 месяца назад
👍👍👍👍👍💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
@rajkumarr2191
@rajkumarr2191 2 месяца назад
💞💞💞💞👍👍👍💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@sumeeshawaa9844
@sumeeshawaa9844 2 месяца назад
Wl as wb ❤
@Asharaq4242
@Asharaq4242 2 месяца назад
🎉🎉🎉🎉🎉🎉S.A.W
@FiroomsaaAbdallaa-lm2vy
@FiroomsaaAbdallaa-lm2vy 2 месяца назад
RNH nurraa turtaniinka
@Sanyii.jawarii
@Sanyii.jawarii 2 месяца назад
A//S//W🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@rajkumarr2191
@rajkumarr2191 2 месяца назад
❤❤❤❤👍👍👍👍👍
@ormootubechannel2986
@ormootubechannel2986 16 дней назад
Zjk
@AyyaanAyyaan-uc8kx
@AyyaanAyyaan-uc8kx Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ياماشااءلله
@MuraadAbduqaadir
@MuraadAbduqaadir 2 месяца назад
Yaa ummata keenya lakkoofsa isaan kanaa akkamin argadha 😭☝️
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 2 месяца назад
Chanalii gubara tuqii idoo vidio♥️livi♥️commnuty faa iddo jedhu iraa galii linkii tookotuu jira issaa gadii tuqii♥️♥️
@ZamzamZamzam-rz3gj
@ZamzamZamzam-rz3gj Месяц назад
Mee likii sani ergii
@user-us7hr8iv2w
@user-us7hr8iv2w Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉😂😂😢😢😮😮😅😊
@MasFff-vw1il
@MasFff-vw1il 2 месяца назад
Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiin 🤲 amiiiiiiiiiiiiiiin 🤲 amiiiiiiiiiiiiiiin 🤲 amiiiiiiiiiiiiiiin
@user-yd3ow4zl2v
@user-yd3ow4zl2v Месяц назад
Ws rw b wswrb❤❤ 7:22 7:25
@dubaiajman-nc7dp
@dubaiajman-nc7dp Месяц назад
❤😂❤ m😂❤😂y
@ShamsShash-ru5xb
@ShamsShash-ru5xb 2 месяца назад
SAW 🎉SAW 🎉SAW 🎉Masha Allah
@user-wo5to6yx9x
@user-wo5to6yx9x 2 месяца назад
SAw❤❤saw❤❤sAw❤❤❤❤ YaaAllaah ♥️♥️♥️♥️🎉🎉
@ShamsShash-ru5xb
@ShamsShash-ru5xb 2 месяца назад
SAW 🎉SAW 🎉SAW 🎉
@ShamsShash-ru5xb
@ShamsShash-ru5xb 2 месяца назад
SAW 🎉SAW 🎉SAW 🎉Masha Allah
Далее
Sagantaa Diin kee ni beeytaa  Anwar Sharuu
30:29
Просмотров 22 тыс.
Asoosama Hidhaa Jaalalaa
23:15
Просмотров 53 тыс.
RNH 775, December29, 2022 Jaarmaya Bultii
49:03
Просмотров 17 тыс.
RNH 858, June 3, 2024 Soora Qalbii
31:21
Просмотров 38 тыс.
Пранк над Махачевым🥶
0:19
Просмотров 11 млн