Тёмный

Eegan Heerumee booda Gurbaa dur jaaladhu tasa arge - Dhaddacha Jaalalaa Doosee 14ffaa 

Nuuralhudaa
Подписаться 185 тыс.
Просмотров 43 тыс.
50% 1

Iyyannoo duraa.
As wr wb. Akkam jirtan jaalatamtoota gaazexeessitoota islaamaa. Hodduu isiniin boonne, haalaan isinirraa gammanne. Hojii dinqisiisaa itti jirtan kana akkanumatti akka itti nuu fuftan isiniin jechaa, gama iyyannoo kiyyaatti dabra. Maqaan koo Ziyaad jedhama. Ani jireenya haaraya tana dhiheenyuma kana baatii 3 dura eegale. Jaartiin tiyya intala taajiraati. Abbaan dureessa beekamaadha. Manni isaanii waa hundaan guutu. Jaartiin tiyya tunis mana wanti hundi guutuu san keessatti guddatte. Jireenya qananii malee, guyyaa takkaafis rakkina argitee hin beeytu. Abbaan isii qabeenya qofa osoo hin taane, amantii irratis akkaan jabaadha. Intala isaa bareedduu namni hundi hawwee ganamaa galgala manguddoo ergatu, nama hunda dhoorgatee anaaf kenne. An kaadima masjiidaati. Dalagaan tiyya masjiida kaddamuudha. Guyyaa guutuu masjiida qulqulleessaa oola. Soddaa kiyya kanaanis achumatti wal barre. Masjidatti na argee haala kiyya jaalannaan intala tiyya si fuusisa naan jedhee akkasitti wal fuune. Jaartiin tiyya tunis gaarii namaati. Haalaa amalli isii waan haftee hin qabne. Gama bareedina fuulaatiinis urjii samii keeysaati. Waan isii irraa himadhu takkallee hin qabu. Garuu waan tokkotu xiqqoo yaaddoo natti tahee gama dhaddacha kanaa dhufe. akkuma isiniif hime ani miskiina. Qabeenya takkallee hin qabu. Jaartiin tiyya tun osoma haalaan na jaalattu, jiruu tiyya tanarraa gammachuu hin qabdu. Keeysumattuu hoggaa maatii isii bira dhayxee deebitu, mana keenya keessa taa’uu jibbitee barandaa irra taa’aa oolti. Jiruu qananii keessatti guddatte san dhabdee, mana kutaa takkaa tana keeysatti dhiphinaan jiraachuun itti ulfaate natti fakkaata. Anis nin hubadhaaf, rakkina isii kana osoo dandayee furee haalaan na gammachiisa. Osoo mallaqa qabaadhee mana bal’aa jaaree jiruu qananii isiin barte san keessa jiraachisa. Garuu mallaqni an argadhu kiraa manaatiifi nyaataafi dhugaatii bira hin dabritu. Miskiinummaan tiyya tun jiruu teenya hammeeysitee way addaan nu diiydii jedhee sodaadhee, furmaata waan barbaaduuf gama dhaddacha kanaa dhufe. waa hunda caalaa jaartiin tiyya sagantaa kana waan haalaan hordoftuuf, waan isii dura taa’ee itti haasawuun natti ulfaatu karaa Kanaan dabarfachuuf dhufe. gabaabumatti sheeka keenyarraa gorsa barbaada. Jaartii tiyya toltuu bareedduu gaarishoo tana, gorsa bareedaa qalbii isii ziq godhu akka naaf gorsan gaafadha. Galatooma. Jazaan keessan jannata haa tahu.
Copyright Notice:
Reuploading any of our videos or content to another RU-vid channel or platform without our explicit consent is a violation of our copyright. We do not tolerate such actions.
We actively monitor for unauthorised use of our content. If we discover that our content has been reuploaded without permission, we reserve the right to take appropriate legal action, including reporting the infringement to RU-vid and requesting the removal of the unauthorised content.

Развлечения

Опубликовано:

 

6 янв 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 159   
@talibnizamteyib2604
@talibnizamteyib2604 6 месяцев назад
Wa'alayikumassalaam worahmatullaahi wobarakaatu asumaanuu warra yunivarsity keessatti badii gurguddoo (zinaa)dalagan maraaf ergaan of eeggannoo jaabaa dabarsuutu isinirraa hafee komiikiyyaa kun🫡
@Amano-oi6cx
@Amano-oi6cx Месяц назад
allhu akkubar
@MustefaDakabo
@MustefaDakabo Месяц назад
اللهم صل وسلم وبارك على نبينا وحبيبنا وشفيعنا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين
@madenahomar-nz6vl
@madenahomar-nz6vl 6 месяцев назад
Subaaahan allaa yaa rabbii obsaa nuf kenii namaa akiraa najaa baahu nu godhii 😢😢😢😢
@user-ei8im2kp7v
@user-ei8im2kp7v Месяц назад
Masha aallaha rabbini isinira ha jalatu wa baye nu barsisa jirata iti nu fufa🤲❤️
@ZahraHAwwal
@ZahraHAwwal 2 месяца назад
Rabbii sii haa lafisuu ❤😢😮😮😮
@qananiijamaal.Aliyyii
@qananiijamaal.Aliyyii Месяц назад
masha allh🎉 id mubarki❤
@fjjfdjidud
@fjjfdjidud 2 месяца назад
Salallahu Aleeyhi waassaallam Salallahu Aleeyhi waassaallam Salallahu Aleeyhi waassaallam Salallahu Aleeyhi waassaallam Salallahu Aleeyhi waassaallam Salallahu Aleeyhi waassaallam Salallahu Aleeyhi waassaallam
@hadisaa-pl6qz
@hadisaa-pl6qz 6 месяцев назад
Waleykumsalam Warahamatullhi Wabarkatahuu ✅️ mashallhaa Rabbi isinirra hajalatuu umrii tessan hadheressuu Gammachuu Gandaa Lachuu isiiniif hkennu jazkumullhuu keyraan ❤
@Chala-vt4rk
@Chala-vt4rk Месяц назад
ASWRWB,wallaahi hedduu takka isin hordofutti jira naaf jabaadhaa
@user-ki5ex2sg4r
@user-ki5ex2sg4r 5 месяцев назад
Masha alla masha alla nuf jabadha
@user-sc1jw8ce8m
@user-sc1jw8ce8m 6 месяцев назад
wl wr wb ❤ yaa Rabi obasa nu kenii ☝😭
@AminaaAlii
@AminaaAlii 6 месяцев назад
Amiiiiiiiiin ❤❤❤
@AminaaAlii
@AminaaAlii 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤Sallaallahu Aleyhi Waassallam ❤❤❤❤❤❤❤Sallaallahu Aleyhi Waassallam ❤❤❤❤❤❤Sallaallahu Aleyhi Waassallam ❤❤❤❤❤❤❤
@user-hw1xj3zq2j
@user-hw1xj3zq2j 4 месяца назад
Wl wr wb mashalaa rabbin isnii iraa haa jalatu
@AdisuJena
@AdisuJena Месяц назад
Mashallah mashallah 🥰 wallah jabbadhaa
@user-bn9yh6ts5l
@user-bn9yh6ts5l 4 месяца назад
Sawm Sawm Sawmdhugadja wallah jazakumi allahukeyyrii ustazaa Kenya a kabajama❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓💞💞💞💞💞💞💞✅✅✅✅✅✅✅✅✅💯💯💯💯💯💯💯💯
@user-ig8ow8kp9t
@user-ig8ow8kp9t 6 месяцев назад
Mashallaa Mashallaa rabbin isini irra haajalattu
@usmannuranura-gs8zb
@usmannuranura-gs8zb 6 месяцев назад
Maashaa allah maashaa Allah Rabbiin isiinii irraa haa jalatuu
@AlawiyaAlawiya-fz9wj
@AlawiyaAlawiya-fz9wj Месяц назад
Masha alla nuf jiradha
@RhmhhJamaal
@RhmhhJamaal 2 месяца назад
❤❤❤❤ mashaaa alllhii
@rahelrahel6589
@rahelrahel6589 6 месяцев назад
mashaa Allaah rabbiin isiiraa haajalaatu mashaa Allaah
@riyadhassen7790
@riyadhassen7790 6 месяцев назад
As w wb Harka fuunee jirra jirtu yaa Qopheesitoota qophee dhaddacha jaalala .qophiin isiin nuuf dhiiheessaa jirtan mana barnoota Kan waan bultiin taatee keessattii of ilaala jireenyaa keenya sirreeffachaa jirruu ta'u keenyaa isiniif ibsuun fedha galatooma galatooma galatooma galatooma galatooma.
@yusraabintyasiin8455
@yusraabintyasiin8455 6 месяцев назад
Walleykum assallam waramatullah wabarakatuhu اللهم صل وسلم وبارك على سيدنا محمد❤
@user-fg8zy5ut5i
@user-fg8zy5ut5i 3 месяца назад
Mashalll Mashalll Mashalll Mashalll ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@bky3878
@bky3878 6 месяцев назад
Wa'aleeykum salaam warahmatullaahi wabarakaatuhu baga Nagayaan Dhuftee Mahammad Siraj
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 6 месяцев назад
Waleykum sallam woramatullahi wobarakatuhu salallahu aleeyhii wasalam salallahu aleeyhii wasalam salallahu aleeyhii wasalam salallahu aleeyhii wasalam salallahu aleeyhii wasalam salallahu aleeyhii wasalam salallahu aleeyhii wasalam 😢😢😢😢😢😢
@dararatukwt2379
@dararatukwt2379 Месяц назад
Sallaallahu Alleeyh wassallam ❤❤❤❤
@XayyibMuktar-bv8ri
@XayyibMuktar-bv8ri 6 месяцев назад
As wr Wb akka jirtaan yaa warra nuuralhuda nageenyi rabbi isiin iraa haa jiratu
@TajudinAbdii
@TajudinAbdii 3 месяца назад
Ammiin yaa allaah
@IbrahimMohammad-bh3zu
@IbrahimMohammad-bh3zu 3 месяца назад
Subahan Allah
@HhhLlll-nu1ct
@HhhLlll-nu1ct 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@HhhLlll-nu1ct
@HhhLlll-nu1ct 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@IbrahimAliyi-t3e
@IbrahimAliyi-t3e 13 дней назад
Maashala
@Habbu605
@Habbu605 6 месяцев назад
Saw 💞💞 mashalla annille iyya.nnoo dheraa qaba essan 😢issiin qunama laataa
@user-bo9qi3cf7q
@user-bo9qi3cf7q 6 месяцев назад
Sallallahu Aleyhiim Wossaallam ws wr wb
@AhlulKheeyri
@AhlulKheeyri 6 месяцев назад
Wa'leeykumsalaam warahmatullaahi Wabarakaatuhu 😢 hedduun rifadhe akka waan na taate😢
@ummuumubaarektube3955
@ummuumubaarektube3955 4 месяца назад
Aaaamiiiiiiin Jzk N. H🙏☝🏼
@hadisaa-pl6qz
@hadisaa-pl6qz 6 месяцев назад
Allhumma Sallii Wasallim Alaa nabiyyin Muhammad Sallhuu Aleyhii Wasallim ❣️ 💔
@user-sk5zu8uv1y
@user-sk5zu8uv1y 6 месяцев назад
Mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-uq2bo3wf9u
@user-uq2bo3wf9u 6 месяцев назад
SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdiinasiirNasir
@AbdiinasiirNasir Месяц назад
Masha alla
@wewee8598
@wewee8598 5 месяцев назад
Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah
@hawisedi273
@hawisedi273 6 месяцев назад
Salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam salalahu alehi wasalam
@RashaadTube
@RashaadTube 6 месяцев назад
صلى الله عليه وسلم صلى الله عليه وسلم
@asiaasia8858
@asiaasia8858 6 месяцев назад
Wa br wr wlh raabifi jecha isina jaladha Wani heduu isinira baradhe amale jabadha Masha mashalaa Mee gafii qaba lkk kesani asii jala nufi kayaa jkr❤❤❤❤
@mohammadkhairal-halabi7988
@mohammadkhairal-halabi7988 6 месяцев назад
Wl wr wb Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam Sallallaahu aleeyhi wassallaam jzk
@obsituutentiraa6692
@obsituutentiraa6692 6 месяцев назад
Sallaallahu Aleeyhi wosalam Sallaallahu Aleeyhi wosalam Sallaallahu Aleeyhi wosalam jzk
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 6 месяцев назад
Wswrwb Masha Allah jzk Amiiiiiiin jzk thanks
@abdulaxiifyuusuf8687
@abdulaxiifyuusuf8687 6 месяцев назад
Maashaa Allah ❤
@keyriyahaji4625
@keyriyahaji4625 5 месяцев назад
mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@halimamuhammed
@halimamuhammed 6 месяцев назад
Wl wr wb masha allh ❤❤❤❤❤
@romatamam6694
@romatamam6694 6 месяцев назад
Saw saw saw saw saw saw saw❤❤❤❤
@ramaibrahim958
@ramaibrahim958 6 месяцев назад
Waleekum asalaam waraahmatulayii wabaraahkatuu
@sumayasummaya6531
@sumayasummaya6531 6 месяцев назад
Waleeykm salaam waraamtluhii wabarakaatuhu
@AishaMohammed-fp4lx
@AishaMohammed-fp4lx 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ماشاءالله تبارك الله
@user-zx2sh5wu6r
@user-zx2sh5wu6r Месяц назад
S A W ❤
@user-jd6rj6lk3j
@user-jd6rj6lk3j 6 месяцев назад
Wl wr wb jzk🥰
@user-ud5sj8xc3r
@user-ud5sj8xc3r 5 месяцев назад
Barakal jasuhqumal
@ummuumubaarektube3955
@ummuumubaarektube3955 4 месяца назад
SAW
@hawisedi273
@hawisedi273 6 месяцев назад
WS WR WB yaa allaa yaa rabbi 😢😢
@user-cb9il1td8w
@user-cb9il1td8w 3 месяца назад
Maasha.aallaa😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Kdijaa-jy4hs
@Kdijaa-jy4hs 6 месяцев назад
WA SA wb ❤❤❤❤❤
@BuziyeeShaashee-wt8je
@BuziyeeShaashee-wt8je 5 месяцев назад
Wl wr wb ❤
@naimanaima691
@naimanaima691 6 месяцев назад
وعليكم السلام ورحمة الله وبركتة ❤❤❤❤❤❤❤
@user-bn9yh6ts5l
@user-bn9yh6ts5l 4 месяца назад
Ws wr wb
@MadinaMadina-gk2ek
@MadinaMadina-gk2ek 6 месяцев назад
Walkumaa assalamii woramatulayi wobarakatuu Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam
@ummuumubaarektube3955
@ummuumubaarektube3955 4 месяца назад
Wl wr wb
@halimaahmadgasara2411
@halimaahmadgasara2411 5 месяцев назад
Saw saw saw saw saw
@user-oq1be5mv9b
@user-oq1be5mv9b 6 месяцев назад
Yaa Alaa❤❤❤
@user-xi9ob1ic4h
@user-xi9ob1ic4h 6 месяцев назад
SAW Saw ❤Saw Saw ❤❤❤❤
@tawakaltualalayi8985
@tawakaltualalayi8985 6 месяцев назад
walekum salami waramatulah wabarakatu'uu 🎉🎉🎉🎉
@bukartajudin9398
@bukartajudin9398 6 месяцев назад
اثلماليكم ورحمتلاح وبركت
@user-op4dv7gl8r
@user-op4dv7gl8r 5 месяцев назад
Wl wr wb🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@naafiiadam2337
@naafiiadam2337 5 месяцев назад
Sallalahuu aleyii wassaallam
@HhhLlll-nu1ct
@HhhLlll-nu1ct 3 месяца назад
❤❤❤❤
@HhhLlll-nu1ct
@HhhLlll-nu1ct 3 месяца назад
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@sabbontusabontu7801
@sabbontusabontu7801 6 месяцев назад
As wm wb gaffi gafachun fedha garuu essanin jara kana essanin argadha laata me kara na himaa
@user-hv4mc5up3e
@user-hv4mc5up3e 5 месяцев назад
Saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw ❤❤❤
@user-ud5sj8xc3r
@user-ud5sj8xc3r 5 месяцев назад
S. A. W
@faxumaahirphoo9870
@faxumaahirphoo9870 6 месяцев назад
Sallaallaahu Aaleyhi wassallam
@user-yp2dm7qt6k
@user-yp2dm7qt6k 6 месяцев назад
Aswrwb masalllhaaa❤❤❤❤
@MashaaSabaa-xu6ho
@MashaaSabaa-xu6ho 5 месяцев назад
SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW SAW ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-bl2er3ct7y
@user-bl2er3ct7y 6 месяцев назад
As wr wb❤❤❤
@user-bl2bv4dx6b
@user-bl2bv4dx6b 6 месяцев назад
🎉🎉🎉🎉🎉🎉 mashaalha ❤🎉🎉 mashaalha
@user-tr2st4ms3d
@user-tr2st4ms3d 5 месяцев назад
Saw❤saw❤Saw❤
@alhamdulillahalhamdulillah2934
@alhamdulillahalhamdulillah2934 6 месяцев назад
❤❤❤s. A. W
@user-cx4lh1lx9q
@user-cx4lh1lx9q 11 дней назад
Ws wr wb akkmii nagaa ❤❤❤❤❤
@user-nh4dr7xq2j
@user-nh4dr7xq2j 6 месяцев назад
🎉🎉Assalamu Alaikum Wa Rahmatullahi Wa Barakatuh ❤❤❤
@user-kf8hz2nx6n
@user-kf8hz2nx6n 6 месяцев назад
Saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw saw ❤❤
@user-oj8rx9ex8w
@user-oj8rx9ex8w 6 месяцев назад
Saw❤❤
@kemak9119
@kemak9119 6 месяцев назад
Ws wr wb saw saw saw 😢
@AnasBadhaso
@AnasBadhaso 6 месяцев назад
As wr wb ❤❤❤
@dubaicity9579
@dubaicity9579 6 месяцев назад
Yarabii 😊😊😊😊🎉🎉🎉😢
@user-pp4kv8pw6p
@user-pp4kv8pw6p Месяц назад
S .A,w❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AshaSultan-qq3xh
@AshaSultan-qq3xh 6 месяцев назад
Sallaallaahe wasslama sallaallaahe wasslama sallaallaahe wasslama sallaallaahe wasslama sallaallaahe wasslama sallaallaahe wasslama sallaallaahe wasslama sallaallaahe
@ggga7871
@ggga7871 6 месяцев назад
SAW,,SAW,,SAW,,,❤❤❤
@dsfna313
@dsfna313 6 месяцев назад
SAW ❤ SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤ SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤SAW ❤
@RaamadanMahamad
@RaamadanMahamad Месяц назад
S ❤a ❤ w❤❤❤❤❤❤❤❤
@aleemanaima9489
@aleemanaima9489 4 месяца назад
❤❤❤❤❤
@Wetri-ep2pu
@Wetri-ep2pu 4 месяца назад
❤❤
@user-rj8fe7rq2w
@user-rj8fe7rq2w 6 месяцев назад
❤❤❤
@user-qf5kq6nl5j
@user-qf5kq6nl5j 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
@KanziAbdulmanan
@KanziAbdulmanan 4 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 6 месяцев назад
Wswrwb Masha Allah jzk thanks thanks welcome back thanks
Далее
NEW footage of Secret Service rushing Trump to car
00:25
Что с Аминой из кампуса?
00:46
Просмотров 1,8 млн
YEROO TEE HINGUBIN
25:15
Просмотров 58 тыс.
RNH 854, February 22, 2024 Jaarmaya Bultii
23:39
Просмотров 16 тыс.
Yeroo Jaalalaa
17:07
Просмотров 36 тыс.
#Da'awaa Afaan oromoo shek Amiin Ibroo
33:28
Просмотров 2,3 тыс.
RNH 836, December 7, 2023 Jaarmaya Bultii
26:31
Просмотров 4,9 тыс.